HIR-KOO KUTAA 31FFAA

HIR-KOO KUTAA 31FFAA

Пікірлер: 856

  • @Wankooshow
    @Wankooshow5 ай бұрын

    Warii Diraama hirkoo jaalatan like itti roobsa

  • @Robsanko

    @Robsanko

    5 ай бұрын

    Jira jira Amman dachaa gadi naqa 😜😜maali hirkoof Tiyyan Maali nu ajjesuu jalalaan🤣🤣🤣

  • @tolisolomon-wx1dq

    @tolisolomon-wx1dq

    4 ай бұрын

    @@Robsanko

  • @GT-yr8yz
    @GT-yr8yz5 ай бұрын

    Nu boonsitan🙏 Comedy Saba biraa ilaalun hafe💪 What The script, What a character, What a Production👍

  • @user-lf9qq9br1s

    @user-lf9qq9br1s

    5 ай бұрын

    Dhugaan siin jedha dur adda abbaan lataa boqote reefan comedi keenya ilaaluu egale

  • @GT-yr8yz

    @GT-yr8yz

    5 ай бұрын

    @@user-lf9qq9br1s Galata Rabbii Aartin Keenya Guddachati jira. Nutis Artistoota Keenya jajjabeessuu qabna👍

  • @miserms4091

    @miserms4091

    5 ай бұрын

    Dhugaadhaa ❤🎉

  • @Nadhii_galaan_3

    @Nadhii_galaan_3

    5 ай бұрын

    ​@@miserms4091❤❤❤❤❤

  • @getudanboba579

    @getudanboba579

    5 ай бұрын

    Qaamni dhimmii ilaaluu kan irraa barachuu qaba. Jajjabadha kan irra bakka guddaatti isan eegna.

  • @kifleayana7273
    @kifleayana72735 ай бұрын

    Jaarsummaa jechuun kan akka harmee Ayyuu kana malee kana akka Gamtaaf garee isaa miti😂😂😂Galatoomaa maatii HIR-KOO ❤❤❤❤❤❤

  • @gemechisbiomed4324
    @gemechisbiomed43245 ай бұрын

    You guys are incredibly changing Oromo film industry. Thank you

  • @kuusaa.2

    @kuusaa.2

    5 ай бұрын

    kzread.info/dash/bejne/fqSKq8iPebPJYrA.htmlsi=jy1V8LW51fndV-pE HIRKO DUBAIT Maal godhe

  • @baqqaluugaddisaa
    @baqqaluugaddisaa5 ай бұрын

    What,s the generation 😂😂😂hirkoo jabaa oromoo .Tokkofan anaa like naf tasisii ❤❤❤dhugumaa balchaa safoo hirkoo😂😂😂😂😂😂😂yaa garaa koo😅😅😅😅😅

  • @DugomsaNegesa

    @DugomsaNegesa

    5 ай бұрын

    theru

  • @abbaa_wabii
    @abbaa_wabii5 ай бұрын

    Baayyee Baàyyee Namatti tola! Isin kennaa Waqaa jaàrraa kanaa Uummata baldhaa kanaati ! wow! Generation!

  • @zxpl7355
    @zxpl73555 ай бұрын

    Jaarsumaani harmee Ayyuu naati toleeraa❤❤

  • @merrybulti777
    @merrybulti7775 ай бұрын

    ❤kan Hirkoo utuu jennuu Tiyyaafi harmeen Ayyuu kan caalu ta'ani.❤❤❤ Tiyyaan keessumaa hojiin ishee diraamaa hin fakkaatu dhugaa jireenyuma isa dhugaadha malee!!!!! Nu boonsitan dhugaa

  • @ibrahimadem4185

    @ibrahimadem4185

    5 ай бұрын

    Dhugaa rabbii tiyyaa fi baay.ee walirraa tolu

  • @FuadKedir-bj2li
    @FuadKedir-bj2li5 ай бұрын

    Mee warrii hirkoon issin boharsaa jiruu like ittii robsaa anii baby,ee ittin bohareaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @SamyWedu
    @SamyWedu5 ай бұрын

    HirKon Susii Bunaa Nutii tahe Yaa saaba😁👏👏

  • @KababaMekonen
    @KababaMekonen5 ай бұрын

    "Beela foonii miti beelli keessan" what a generation! Jabaadha Qaaliiwwan KEENYA!

  • @Qabsoomagarsaa5
    @Qabsoomagarsaa55 ай бұрын

    The time when all the nations would wish to be an Oromo is coming. we proud of you! baayyeen isiniin boona akka dhuunfaattis, akka sabaattis. Nuuf jiraadhaa qaaliiwwan keenya!

  • @ayantu5728
    @ayantu57285 ай бұрын

    Uffannaan harmee ayyuu baaaaaaaayyyeeeee bareeda wooooow❤❤❤❤❤ i love u harme ayyuu

  • @user-ss4wp1mq7l
    @user-ss4wp1mq7l5 ай бұрын

    Wwww Hikoo bayenii sii diqisisafadhaa dhugaa jaba Oromiyaa ayuu artii afanii

  • @sinamedial7685
    @sinamedial76855 ай бұрын

    Deep message! Thanks a lot!

  • @gadisaberhanu-dl5kg
    @gadisaberhanu-dl5kg5 ай бұрын

    You are precious to Oromoo. You are a best man. God bless you and give you a long period of life. nuuf jiraadhu hir-koo Keenya.

  • @keriamirressa8865
    @keriamirressa88655 ай бұрын

    Baayee namati tola 32ffa dafa nufida🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @user-vp8sb9fy8r
    @user-vp8sb9fy8r5 ай бұрын

    Namni akkaa.koo.Dirrama.Hirkoo.jalatuu.lakkii.godhii❤

  • @mersanderesa
    @mersanderesa5 ай бұрын

    Miidhagdanii osoo hin taane miidhamtaniitu asiin geessan❤❤❤ #Eebbifamaa!

  • @abdioro11
    @abdioro115 ай бұрын

    Mucaa anii bayee diqisifadhuu Hirkoo ❤🎉

  • @onlyjesus7594

    @onlyjesus7594

    5 ай бұрын

    Hundumtii isaaniyyuu sirrittii hojjechaa jiiruu qofaatii Nama 1 hin diinqisifaatina Hundumtuu baayee Aja'ibaa

  • @amaniibrahim3669

    @amaniibrahim3669

    5 ай бұрын

    Dhuugaakeejette❤

  • @obsiihindarara3214
    @obsiihindarara32145 ай бұрын

    Gamtatuu jirenyaa kee digaa jiraam hirkoo😂😢

  • @ayantuayantu2300

    @ayantuayantu2300

    5 ай бұрын

    😁😁

  • @DugomsaNegesa

    @DugomsaNegesa

    5 ай бұрын

    gaamtaa mortuu,miqanyaa

  • @diribatufa3576

    @diribatufa3576

    5 ай бұрын

    Khuullee

  • @besheatamiru480
    @besheatamiru4804 ай бұрын

    Diraamaan kun suusii natti taate Rabbi jabaadhaa!

  • @kennaandebisetube4954
    @kennaandebisetube49545 ай бұрын

    Brilliant team Thank you guys

  • @olyaadwarqinaatube
    @olyaadwarqinaatube5 ай бұрын

    ❤❤❤❤ What a lovely sitcom

  • @naodsisay7743
    @naodsisay77435 ай бұрын

    Dhugaa natti fakkaatee diraamaan kun Waaqoon baay'ee nagaddisiisa ture. Wow yeroo Tiyyaan dhiifama jettu garuu baay'eeman gammade bo'uun kajeeles.

  • @Orthodox.
    @Orthodox.5 ай бұрын

    Dhugaa Waaqayyoo Nuuf Jiraadhaa Waan Bayyee Nu Hubachiisaa Jirtu Kolfuu qofa miti Jiruu Keenya Nuuf Himaa Jirtu.

  • @user-mt1qz9xo7k
    @user-mt1qz9xo7k5 ай бұрын

    Namni akka koo hirkoo jaalatan like me

  • @dawittemesgen1604
    @dawittemesgen16045 ай бұрын

    wako my best character ❤❤

  • @mudinabduraman
    @mudinabduraman5 ай бұрын

    Amazing, keep up!

  • @fikaduabera4185
    @fikaduabera41855 ай бұрын

    Ijoollee qaqqaalii..jabaadhaa..baayyee na bohaarsitan. Proud of you!

  • @tefal1237
    @tefal12375 ай бұрын

    Jabadhaaa dhugaa ogumaanii kanumaa calaa sinifii. Yabayatuu dhugaa barrusaa. Bayee dabasa jirituu jabadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DagneLemma
    @DagneLemma5 ай бұрын

    Hay HIR-KOO baay'ee Daasii namatti jettu episode comedy kun❤❤❤❤❤ The best episode comedy ❤❤❤❤

  • @user-tg5zj8dj3t
    @user-tg5zj8dj3t5 ай бұрын

    Hin demani😢what a fun experience with that

  • @kooruumangasha
    @kooruumangasha5 ай бұрын

    Harmeen Ayyuu haa deemani sin waliin shaa shambaa jedhaa.Namatti tola Diraamaan keessan --Hirkoo

  • @dedershow5083
    @dedershow50835 ай бұрын

    My favorite drama "HIRKOO"

  • @Orolove5
    @Orolove55 ай бұрын

    Kan hojjettanirraa kan sin gana hojjettan baayyee guddaa akka ta'ee fi abdii biyyaa oromiyaa akka taatantu natti muuldhata,hundaafuu waaqnii oromoof oromiyaa sina haa tiksuu jabaadha.❤

  • @tujubeamensa2876
    @tujubeamensa28765 ай бұрын

    Jaallatamoo wayiitiim isin, attam isinirraa tolaa በዋቃ!❤

  • @user-cu3ez9iv7f
    @user-cu3ez9iv7f5 ай бұрын

    what a generation!😍😍😍😍😍😍😍

  • @user-xs8yl4er4k
    @user-xs8yl4er4k5 ай бұрын

    Dhugaa issiin artiif dhalataani nuuf jiraadha hundii keessanu❤❤❤

  • @ayaneoljiraayaneoljira5
    @ayaneoljiraayaneoljira55 ай бұрын

    Wow dhugaa baayyeeman gammadef hirkoodhaaf baga araaramtan❤❤❤❤❤😘😘😘❤❤🎉

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa26805 ай бұрын

    Wow baay'ee itti booharee nufi jiraadha dhugaa ❤❤❤❤❤

  • @bedeletube1660
    @bedeletube16605 ай бұрын

    በጉጉት የምጠብቀዉ ድራማ ነዉ

  • @user-xg3sz1dt5q
    @user-xg3sz1dt5q5 ай бұрын

    Hirkoo my hero baay,ee natti tolta darbii jiraadhu

  • @FiloWardi
    @FiloWardi5 ай бұрын

    Wawuu dhugaa heddu isin galatefadha sabaa koo❤💚❤💋 Jabadha isin jajabodha bayee namatti tolaa itti fufaa garuu sa'ati osoo itti nuu dabaltani sin jedha galatomaa❤❤❤💪💪🙏🙏🙏

  • @user-om6kd6sd4d
    @user-om6kd6sd4d5 ай бұрын

    Bagaa Araari ba,e hirkoo bagaa gamdee

  • @Lenhayat-qw6lt
    @Lenhayat-qw6lt5 ай бұрын

    Ana duraa laale

  • @user-fu5uo9zz7k
    @user-fu5uo9zz7k5 ай бұрын

    Amazing oromo film in this era

  • @user-er7vp2cd4r
    @user-er7vp2cd4r5 ай бұрын

    WHAT A GENERATION !!

  • @mersibonmelese1262
    @mersibonmelese12625 ай бұрын

    Waaaw Hirko dhugaa ati nama aartiif uumamedha!

  • @beshenenuabu
    @beshenenuabu5 ай бұрын

    Dhugaa rabbii diraman kun yero hunda na kofalchisa 😂😂 na buharsa har'aa moo nan die koflan nu jiraadha ❤

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu78355 ай бұрын

    Wayii hirkoo jabadhaa ❤❤😂 namatii toltuu siin jalanaa

  • @abdushakuraman8874
    @abdushakuraman88745 ай бұрын

    You are something else

  • @user-qq5gj2lf1v
    @user-qq5gj2lf1v5 ай бұрын

    anaanis garaa na nyaaatuum danda'ee garaa hin jabaadhu

  • @hawwii2433
    @hawwii24335 ай бұрын

    Wowwww hedduu nama boharsituu nuuf jiradhaa❤❤❤❤❤❤hirkoo so funny 😂😂😂😂😂

  • @abbaa_wabii
    @abbaa_wabii5 ай бұрын

    Hirkoon sobee of jajaa Jira naan jedhaakaa!!

  • @user-ud4uq7yk6w
    @user-ud4uq7yk6w5 ай бұрын

    Ishoo baga Araaramtani😂😂😂 nuf jiraadha Qaliiwwan sabaa ❤❤❤❤

  • @amanuellikasa3449
    @amanuellikasa34495 ай бұрын

    ገራሚ ነው😍

  • @Jorgobabdiisaa

    @Jorgobabdiisaa

    5 ай бұрын

    qashtii

  • @chalagemechu2149
    @chalagemechu21495 ай бұрын

    Dramaa Hir-koo kana akkan itti jaaladhu tokkotu jira😍😍

  • @geremutadese3009
    @geremutadese30095 ай бұрын

    wow baayyee natti tole nuuf jabaa dha obboloota koo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @tigisttamiru2907
    @tigisttamiru29075 ай бұрын

    Uufffee harmee ayyuu❤hirkoo bagaa gammaadee😂wayyii Gamtaa hojii kee dhugaa😂😂😂

  • @GadaaFamily
    @GadaaFamily5 ай бұрын

    Wath generation congragulation Hirko tiyyalation 🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-xe9fk4tn4o
    @user-xe9fk4tn4o5 ай бұрын

    Hàrmeen hayyuu karatarii hardhaa keesattii Anaaf tokkofadhaa wow

  • @user-hz2dg7wd7i
    @user-hz2dg7wd7i4 ай бұрын

    Dhugaa rabbii diraama keessan tokkoo kaase haga 31 laale hundi isaatu nama gammachiisa dhugaa bagga isin qabaane warqiiwan Oro ❤❤❤❤

  • @abrahimahmad-zo4hf
    @abrahimahmad-zo4hf5 ай бұрын

    Warri hirkoo itti toluu qofti like godhafi 🎉

  • @benexttesema2445
    @benexttesema24454 ай бұрын

    What's amazing ❤❤❤

  • @gudda1
    @gudda15 ай бұрын

    Wow so awesome 🥰

  • @zeytunaaahmed7264
    @zeytunaaahmed72645 ай бұрын

    Hirkoo congratulations bagaa gamadee dhugaa bagaa aramamitee tiyaa wojin❤❤❤❤❤❤😅

  • @FalmataaAbdurahaman

    @FalmataaAbdurahaman

    5 ай бұрын

    🎉

  • @user-no8xc5sl8t
    @user-no8xc5sl8t5 ай бұрын

    Isiin malif ijollee biya araba hiidha jirtu sagale hin tane😢😢

  • @Seenanbarnootaf
    @Seenanbarnootaf5 ай бұрын

    Part 32 irratti kolfa Instructor arguuf jirra🤣🤣🤣. Hir-koon instructor bira deebi'ee maaluma jedhan laata?🤣🤣

  • @QalbiiGetch
    @QalbiiGetch5 ай бұрын

    sinittillee hin dubbaadhuu garuu kiyyaan jalqaba kooti oh god that killed me. keep it up guys😆😆😆

  • @TuujiMohammed
    @TuujiMohammed5 ай бұрын

    Obsi hir-ko yoo dema jiratte 🎉🎉

  • @user-cy6mh2gm8v
    @user-cy6mh2gm8v5 ай бұрын

    ❤❤❤❤ wow l love it 💖

  • @abditadesse9709
    @abditadesse97095 ай бұрын

    'Abeeeeet' Gorsa Harmee Hayyu dhugaa!!!!!! I loved her Advice more!!!

  • @gadaa_Lyrics10k
    @gadaa_Lyrics10k5 ай бұрын

    Welcome back mukeeee

  • @sabaafkadir5785
    @sabaafkadir57855 ай бұрын

    Hirko very nice 👍 dirama. Like godha hordoftonni dirama hirko ❤❤❤❤😂😂😂

  • @user-ew7em8pg5e
    @user-ew7em8pg5e5 ай бұрын

    Ayi Hirkoo😂😂😂 waaqayyo umuriikee nuuf Haa dheeressu bohaarsaa keenya😁😁🥰🥰🥰

  • @ABwrs
    @ABwrs5 ай бұрын

    Wayyo Hirkoo jabadha dhuga bayye namti toltu❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-px1nk7gp4e
    @user-px1nk7gp4e5 ай бұрын

    wooow dhugaa jabaadha waan ajaaiba hjeecha jirtu

  • @user-ub2yz4kk3r
    @user-ub2yz4kk3r5 ай бұрын

    hundi keessan taatota aja'ibaati jabaadhaa

  • @user-ss4wp1mq7l
    @user-ss4wp1mq7l5 ай бұрын

    Ini midhamee maloo hademu dhisaa😂😂😂😂

  • @Samsung-hq1pl

    @Samsung-hq1pl

    5 ай бұрын

    😂😂😂❤

  • @Oromia-
    @Oromia-5 ай бұрын

    Nuuf jiradhaa nubonsitan comedian Oromoo ❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @isoyeso.777
    @isoyeso.7775 ай бұрын

    Woow Armee Ayuu jiradhuu. Dhamsiiteetta abiddaa hirkoorraa ifeensa fixee.

  • @kalidkadiir5485
    @kalidkadiir54855 ай бұрын

    Harme hayuu hin demtumo hin demnaree❤❤❤😅

  • @atinaafansimalee3774
    @atinaafansimalee37745 ай бұрын

    Haay hirkoo😂😂😂😂 rabbi sihaa kolfisiisu

  • @zabiba1116
    @zabiba11165 ай бұрын

    Wayii hirko hin demna mo hin demturee😂😂

  • @danielwakjira3230
    @danielwakjira32305 ай бұрын

    What Generation, but proud of you guys! Garuu Hirkoon warabee Dubayii deeme moo? Ni deebi'aa miti?

  • @abdijamal4465
    @abdijamal44655 ай бұрын

    Hedduu Namati Tola Jabaadha ittii Fuufa....❤

  • @geletamekonnen2323
    @geletamekonnen23235 ай бұрын

    wow, incredible

  • @user-un2dg1pm5f
    @user-un2dg1pm5f5 ай бұрын

    Wayyoo garaa koo😂😂😂 Naaf jiraadhaa maaloo Maatii jaalaa❤❤❤❤

  • @abbaa_wabii
    @abbaa_wabii5 ай бұрын

    Jaarsummaan Harmee Ayyuu, Barumsa guddaa of keessaa qaba!

  • @lalisadaba-jp6zs
    @lalisadaba-jp6zs4 ай бұрын

    Diraamaa baay'ee namatti tolu Baga using qabaanne hundi keessan fayyaa argadhaa. garuu tiyyaan uffata akka Harmee Ayyuutti Haa sirreeffattu.

  • @bontushow1878
    @bontushow18785 ай бұрын

    Dhugaman hirko ati seena diramaa oromon kessati gahee lencaa qabda❤

  • @chalabalcha5569
    @chalabalcha55695 ай бұрын

    Amazing 🎉

  • @nadhiabdela9015
    @nadhiabdela90154 ай бұрын

    Nu boonsitan dhugaadhan jabaadha industriin filmii oromoo akkaan jabaachuu qaba

  • @teshomemulugeta4863
    @teshomemulugeta48635 ай бұрын

    Best Afan Oromo drma ever.

  • @eliastaera7979
    @eliastaera79795 ай бұрын

    Baga nuuf araaramtan kaa nutoo jaarsummaa dhufuuf jechaa jirraa.😅😅😅 Jaalalli jalqabaa baay'ee nama miti😅😅 what generation???❤

  • @eyobhirpa4238
    @eyobhirpa42385 ай бұрын

    BEST EPISODE! DHUGAA BAYYEEN JALLADHEE!

  • @ayantuogaroma
    @ayantuogaroma5 ай бұрын

    Wow nuf jiradha ijole kenyaa

  • @mahdimaamma8150
    @mahdimaamma81505 ай бұрын

    Congratulations hirko baga Araaramtan kk

  • @mohammedsaniizinab
    @mohammedsaniizinab5 ай бұрын

    Ufff lubbuu kiyyatu boqonnaa argate kiyyaaniif hirkoon nagaa taanaan Haadha gadaa moo haadha sinqee jenna isaan nageenya buusaniin