HIR-KOO KUTAA 30FFAA

HIR-KOO KUTAA 30FFAA

Пікірлер: 374

  • @Orthodox.
    @Orthodox.5 ай бұрын

    Mee Waaqayyoon Araara Biyya Keenyaaf Haa Buusu Ameen Jedhaa.

  • @adanudejene

    @adanudejene

    5 ай бұрын

    Amen Amen Amen 😭

  • @meharidessalegn2874

    @meharidessalegn2874

    5 ай бұрын

    Amen

  • @zelalemwaktola7462
    @zelalemwaktola74625 ай бұрын

    Waanuma ajaa'ibaati dhugaa. Maaloo namni dhuunfaan maxxansaa jira waan ta'eef itti yaadaa !

  • @ayanabultuma5550
    @ayanabultuma55505 ай бұрын

    Dhugaa dubbachuuf diraamàa kun kan namaa boosisuudha wayi ijoollee qaalii keenya waaqni isin haa eeguu jabaadha.

  • @BaahuddiinWallaggaa
    @BaahuddiinWallaggaa5 ай бұрын

    Oromoon of danda'u qaba dhugaa keeti instructor💖💚💖💪👌

  • @garinuguse8995
    @garinuguse89955 ай бұрын

    Wayyoo garaa koo ijoo ijo hamttu sin hin argin dhugaa nujiraadha eergaaa guddaa qaba

  • @JahaLetaofficial
    @JahaLetaofficial5 ай бұрын

    Episode'n kun garuu isa nama boossisu malee kan kolfaa qoosaas miti, haala nuyi itti araara eegaa turre sanadha. Jabaadhaa ijoollee keenya❤

  • @kuusaa.2

    @kuusaa.2

    5 ай бұрын

    kzread.info/dash/bejne/oXp8zayipNCugqQ.htmlsi=v4GqR8oqHWDA1Bo7

  • @Orthodox.

    @Orthodox.

    5 ай бұрын

    Yees❤

  • @amooimaalv4825

    @amooimaalv4825

    5 ай бұрын

    🙆🙆🙆🙆🙆isin keessatti of arginekaa 😅 jabaadhaa

  • @gudisakuma
    @gudisakuma5 ай бұрын

    Baayyee isin Jaalanna nuuf jiraadha dhaloota arttin irraa urgaawu isin Mee addunya bohaarssus ta.e barsiin kan abddatamtaniidhaa

  • @fayeratemesgen7302
    @fayeratemesgen73025 ай бұрын

    Jabaadhaa itti fufaa dhugaa baay'ee baay'ee baay'ee nama kofalchiistu! Ergaa guddaas qaba!

  • @kennamaariyaam4968
    @kennamaariyaam49685 ай бұрын

    Yaa jaarsuumaa 😢akkas tate eddan dubbin oromoo

  • @nemerajorgo3372

    @nemerajorgo3372

    15 күн бұрын

    Lapeen cacabee dhume

  • @salihahamza9761
    @salihahamza97615 ай бұрын

    Abbaa hubateef dubbii jabduu😊😊

  • @WasieMogos
    @WasieMogos5 ай бұрын

    dhugaa dubbachuuf diraaman kuni ergaa baayee of keessaa qaba gaalatoma hirkoo abdi hin kutin itti jabadhuu amalee maal ta ta.a lata . haawin siin ega jira . god bles you

  • @batteo9045
    @batteo90455 ай бұрын

    I couldn't stop laughing. They are amazing, funny ❤❤❤❤❤❤.

  • @user-tn6yk3md6c
    @user-tn6yk3md6c5 ай бұрын

    Wowo Wowo ijoolee qaxalee jabadhaa umurii dhiraa ❤❤❤❤❤❤❤ I love you so much family

  • @bachamedia
    @bachamedia5 ай бұрын

    Diraamaa yeroo irra dhaabatee laphee sabaa seenedha sababni isaa rakkoon keenyas wal dhagahu dhabuu fi amanamummaa dhabamuuti. Garuu rakkoon keenya lubbuu madeessaadha.

  • @diribeetana7715
    @diribeetana77155 ай бұрын

    Jabadhaa ammaa waan sirri irratti hojjechaa jirtu akkasumatti waan nu keessa jiruu baasaa nuuf mul'isa

  • @mujahedoro8469
    @mujahedoro84695 ай бұрын

    Yoo yaada comeentti kan dubbifttaan tahe video keessan eyyama keessanin isin dura maxxanffama jira kutaan kun guyyaa 2 dura maxxanffameera maal jechuudha kun

  • @user-sx6hm7lg6o

    @user-sx6hm7lg6o

    5 ай бұрын

    Kutaan duraas akkasumaa Ture hattanii nati fakkataa

  • @lenchohayder2858
    @lenchohayder28585 ай бұрын

    Hedduu Galatooma! Comedy keessan Addunyaa koflaan booji'ee bashannansiisara!

  • @fatimasa2919
    @fatimasa29195 ай бұрын

    Ahlen walkame baga nagaha dhuftani Oromo koo akkam bardu eqi obam

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa26805 ай бұрын

    Wow nufi jiradha lammiiwwaan koo Baay'ee namaati tolaa❤❤❤

  • @BaahuddiinWallaggaa
    @BaahuddiinWallaggaa5 ай бұрын

    Diraama keessan waa'ee qabsoorra ta'uu qaba yeerichatu Yeeroo isaati waan taa"eef, 👌💪

  • @kadotube1893

    @kadotube1893

    5 ай бұрын

    😂

  • @dureti9328

    @dureti9328

    5 ай бұрын

    Jezba 😅😅😅

  • @user-ut2hm2wo4k
    @user-ut2hm2wo4k5 ай бұрын

    Wayyooooo kolfaan du'ee achii as naatiin hasa'iin😂😂😂😂😂😂😂

  • @sanniitubedhagaagoleeqajel332
    @sanniitubedhagaagoleeqajel3325 ай бұрын

    Atumtikaran bahu irra bahit achitin siwalin hasaha 🤦‍♀️ G du.a isaa godhuu Wayi hir koo Bayee isin jaladhaa matii jalalaa ❤️❤️❤️

  • @daksitoudak9781
    @daksitoudak97815 ай бұрын

    Jabadhaa baay.ee namaattii toltuu❤❤❤ garuu vidio keessan osoo isin gadii hin dhisiin karaa biran dursaa akkamiti gadii dhifamaa kan keessan boodee gadii dhifama

  • @SuraEticha-ks3ku
    @SuraEticha-ks3ku5 ай бұрын

    ❤❤ Isinumtillee nuu jabaadhaa What a generation

  • @fatimasa2919
    @fatimasa29195 ай бұрын

    Gamta mira kesabahi

  • @AliyaadAbdoo
    @AliyaadAbdoo5 ай бұрын

    Waay'eedhuma keenyaam kun! Nuuf jabaadhaa!

  • @biniyamkekeba5910
    @biniyamkekeba59105 ай бұрын

    itti nuu himaa adaraa haa araaramani biltsiginnaa fi WBO

  • @kabushachalchisa-vf3xn
    @kabushachalchisa-vf3xn5 ай бұрын

    Nuf jiraadhaa ijoollee wllgga ko kan dubbiin akka nama alkoolii dhugaa nama macheessu

  • @safia1290
    @safia12905 ай бұрын

    Yaa tiyya jarsota akkanatti arsun kuni sirri miti tole jedhi malop😊 Haadholi gada jedhe hirkoon 😂 Bullukoo hunda ergiftan jarsuma deemani eda 😂😂 Jaabadha hedu nama tola 😍❤️

  • @Money_Campaigns
    @Money_Campaigns5 ай бұрын

    hirkoo jabaadhu

  • @sifaangarramuu6711
    @sifaangarramuu67115 ай бұрын

    Hedduu namati toltuu dhugaa 🥰🥰

  • @user-oc8cb9vy3x
    @user-oc8cb9vy3x5 ай бұрын

    kkkkkkk jarsumaa mo lolaa demee jari micayo tiya hasa iraa basuu dhorkanii asii achii natii dubatin jedhanii jarii 😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @user-xe6ld2es7n
    @user-xe6ld2es7n5 ай бұрын

    dhugaa kolfii inistirakshenii naa kolfisisaa

  • @user-hl9wq6rk4s
    @user-hl9wq6rk4s5 ай бұрын

    Kķkkk wayi maanguddoota keessattuu obaamaa 😂😂

  • @yomifkumsisabededa3469
    @yomifkumsisabededa34695 ай бұрын

    ijoollee keeny hedduu hedduu isin jaalanna nuuf jiraadhaa dhugaa nuti oromoon siniin boonaa jirra.aartii keenya hedduu olkaasaa jirtu galatoomaa100%

  • @Sorishshow
    @Sorishshow4 ай бұрын

    ❤❤❤❤ what a generation😂😂

  • @Yosan20
    @Yosan205 ай бұрын

    Warra aartiif uumame isin❤

  • @kanehtube5390
    @kanehtube53905 ай бұрын

    Ayii Eebba jaarsaa😄🥰 Booroftuu duwwaa😪

  • @tejituurgaa2902
    @tejituurgaa29025 ай бұрын

    Woow baayee nama garamtu❤❤❤❤ ❤❤❤

  • @fatimasa2919
    @fatimasa29195 ай бұрын

    tiyaakoo jarsuumaa kan hin didin maloo gara lafi hirkoo ketifi mala ati gaara jabata hayi

  • @Ofgea
    @Ofgea5 ай бұрын

    Yeroodhaan maxxansaa isin jalaa maxxansaa waan jiraniif

  • @mameshow725
    @mameshow7255 ай бұрын

    Isiin eegga jiraa jabaadha❤😂😂

  • @samarfenta8341
    @samarfenta83415 ай бұрын

    Amanuu sunii akkam daas nama jedha maloo 😘😍😍😍

  • @user-on4np1my4y
    @user-on4np1my4y5 ай бұрын

    Etv rati utu isin ingadhisinan guuda tube irati guyatoko duraa argee.isakami hordofnuu guys

  • @waltejitola3337
    @waltejitola33375 ай бұрын

    Hadhooli gadaaa hirkoo lubbuu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @mullalamma6213
    @mullalamma62135 ай бұрын

    Kkkkkk😁😁😁😁 inni alanama adda kolfan du'e nuuf jiraadha 🥰❤️❤️

  • @user-hl9wq6rk4s
    @user-hl9wq6rk4s5 ай бұрын

    Mee warra isin dursanii KZread mataa isaanii irratti gadi dhiisaa jiran kana dhoowwaa mee yoo isininiin walii in galle ta'e

  • @israelgamachu4213
    @israelgamachu42135 ай бұрын

    Gamtaan si hawwaaxxa'a hin jiruu, yeroo galtuu ofumaa keeti dhaqii malee hirkoo garraamii

  • @user-zy7mg4tq8x
    @user-zy7mg4tq8x5 ай бұрын

    What A Generation

  • @ummiisufiyaan5554
    @ummiisufiyaan55545 ай бұрын

    laphee kana daaki waaqa laphee kana daaki waaqa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣 bullukkoo kanan bulluqa jireenyaa keessaa na baaftan 😁😁🤣🤣🤣🤣 hedduu namatti toltan jabaadhaa baruumsa hedduu of keessaa qaba ❤❤❤❤❤❤

  • @Arsitti12

    @Arsitti12

    5 ай бұрын

    Maati naa tayi lubbu ❤

  • @mohammedismael3426
    @mohammedismael34265 ай бұрын

    Dr baay'ee Namaatii toluudha

  • @mergaetefaofficial9943
    @mergaetefaofficial99435 ай бұрын

    maa garaa jabaattee tiyya😆😂🤣

  • @dammeenaggasuu1679
    @dammeenaggasuu16795 ай бұрын

    😂😂😂😂😂bayyadhuma namati toltu dhuga❤

  • @sanniitubedhagaagoleeqajel332
    @sanniitubedhagaagoleeqajel3325 ай бұрын

    Lape kana daki😁😁😁😁 Cabera lapeen kee with jen...... Ayyii hin gubanee

  • @kiyyaakoo2375
    @kiyyaakoo23755 ай бұрын

    Hararaa nuf busii yaa waqayoo dhugaa

  • @user-vd1kx6qh7w
    @user-vd1kx6qh7w5 ай бұрын

    Maloo fataa namaa gotuuu❤❤❤❤

  • @eliasman6124
    @eliasman61245 ай бұрын

    dhugaa kun ergaa gudda qaba👏👏👏👏👏

  • @gelanemegeresa-nb8xc
    @gelanemegeresa-nb8xc5 ай бұрын

    Kanii hadhaa adumaa😂😂😂😂😂

  • @rozaragasa9518
    @rozaragasa95185 ай бұрын

    😂😂😂😂obamaafi gamataa 😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @diboraintalashawa3243
    @diboraintalashawa32435 ай бұрын

    Kakaa funan jedhe be😢😊😊😅😅😅😅😅😅😂😂😂

  • @user-ol2id9mj5e
    @user-ol2id9mj5e5 ай бұрын

    Welcome back

  • @maramesolomon6268
    @maramesolomon62685 ай бұрын

    Wbo fi motumaa 😂😂😂😂❤

  • @user-ml1uf6cf9r
    @user-ml1uf6cf9r5 ай бұрын

    Ayyee ayyee jedheem😂😂😂❤❤

  • @kiyyaa2525
    @kiyyaa25255 ай бұрын

    Wayyoo si nyaatanii Hirkoo

  • @henoktefera7940
    @henoktefera79405 ай бұрын

    Kun barumsa addaati quuqama ummata oromoo ibsitan dhugaa

  • @user-om6kd6sd4d
    @user-om6kd6sd4d5 ай бұрын

    Kkkkkkk wayyoo jaranna kolfanii nuu fixanii

  • @user-ue2ff4uv9h
    @user-ue2ff4uv9h5 ай бұрын

    Wayyo gara ko na dhukubbe😂😂😂

  • @user-rn5xd6pn1k
    @user-rn5xd6pn1k3 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😂uuuu inistirakter

  • @lamialemayehu3898
    @lamialemayehu38985 ай бұрын

    Dhugaa keessa jirru❤❤❤

  • @ridwanahmad1520
    @ridwanahmad15205 ай бұрын

    Bayyee namatii tolaa jabadhaa

  • @segnifikr1
    @segnifikr15 ай бұрын

    Hirriyya Handaaqoo😊❤

  • @user-td2ie4co7v
    @user-td2ie4co7v5 ай бұрын

    😍😍😍😍

  • @shugriyaaabbas6616

    @shugriyaaabbas6616

    5 ай бұрын

    🤣🤣🤣🤣

  • @KenbonStudio1
    @KenbonStudio15 ай бұрын

    Hirkoo 😍😍

  • @user-sx6hm7lg6o
    @user-sx6hm7lg6o5 ай бұрын

    Ijoollumaa keessan achii bakkeeti

  • @galaanafaarfannaa2719
    @galaanafaarfannaa27195 ай бұрын

    😂😂😂😂😂 wayooo si,aa meqaani irra dedebie ilale😂😂😂

  • @sanniitubedhagaagoleeqajel332
    @sanniitubedhagaagoleeqajel3325 ай бұрын

    Yaa rabbi biyyaa kenyaaf hararaa busii 😭😭😭

  • @ArarsaTare
    @ArarsaTare5 ай бұрын

    Instructor ❤

  • @eirbaya5517
    @eirbaya55175 ай бұрын

    Wwwwwww, Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa 👏👏🙏👍🎉😂😂😂😂😂😂😂😢🎉31❤❤❤🎉😢😂

  • @saharathyobia2234
    @saharathyobia22345 ай бұрын

    😢😢😢😢❤❤❤

  • @ToleraTsagaye
    @ToleraTsagaye5 ай бұрын

    😍😍😍

  • @kuusaa.2

    @kuusaa.2

    5 ай бұрын

    kzread.info/dash/bejne/oXp8zayipNCugqQ.htmlsi=v4GqR8oqHWDA1Bo7

  • @bontuuwallaggaa849
    @bontuuwallaggaa8495 ай бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @MameeAbdii-cg5iq

    @MameeAbdii-cg5iq

    23 күн бұрын

    Kamii

  • @ArarsaTare
    @ArarsaTare5 ай бұрын

    What a Generation 😮

  • @genetabera4361
    @genetabera43615 ай бұрын

    😊😊😊😊😊😊

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu57805 ай бұрын

    Baga Nagan Dhuftan❤❤

  • @user-lt4gq1vt1b
    @user-lt4gq1vt1b5 ай бұрын

    Wel ca me to going ❤️ beautiful

  • @tajouhipha5842
    @tajouhipha58425 ай бұрын

    Wowwo ljolee Jalalaa ❤❤

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz5 ай бұрын

    🙏🙏🙏❤️❤️❤️💖💖💖

  • @adanudejene
    @adanudejene5 ай бұрын

    Baaga nagan dhuftni❤❤❤

  • @JaletaJemal-of5gk
    @JaletaJemal-of5gk5 ай бұрын

    Diraamaan keessan bohaarsaa fi barsiisadha maaloo sagalee koflaa kana jalaa dhaabaa🙏

  • @sanniitubedhagaagoleeqajel332
    @sanniitubedhagaagoleeqajel3325 ай бұрын

    Gamtaan maf jibamee ano bayen dinqisifadhaam 😂 Ayii gamtaakoo ❤❤😂

  • @user-oe7rn4dj9v
    @user-oe7rn4dj9v5 ай бұрын

    Wayyoo Gara koo kkkkkkkk

  • @user-ru8og3ds2j
    @user-ru8og3ds2j5 ай бұрын

    What jeneration

  • @user-sv1zj4vg5u
    @user-sv1zj4vg5u5 ай бұрын

  • @FikaduBatri-gd4ul
    @FikaduBatri-gd4ul5 ай бұрын

    Baay'ee namatti tola

  • @oromtittiiarsii9036
    @oromtittiiarsii90365 ай бұрын

    We'll come back hirkoo 😂

  • @yaredgudina3539
    @yaredgudina35395 ай бұрын

    Dhugaa sabni keenyaa keessa jiru wajjin wal fakkaata ta'een kun. Hojii gaariidha. Araara Waaqayyoo ni jaallata

  • @hayatabdallah2639
    @hayatabdallah26395 ай бұрын

    Kkkkkkkkkkkkk😅😅😅😅😅😅😅😅😅😂😂😂😂😂😂😂

  • @New-vc7ts
    @New-vc7ts5 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @mobileapp1182
    @mobileapp11825 ай бұрын

    Irko bayee nati tolaa❤

  • @abbaa8712
    @abbaa87125 ай бұрын

    Good job