HIR-KOO KUTAA 32FFAA

HIR-KOO KUTAA 32FFAA

Пікірлер: 515

  • @abubakarsalam2540
    @abubakarsalam25405 ай бұрын

    Bagaa nagani waltii debitani hirko fi tiyyaa mee namani akaa ko dirama kan jaltani Laki nati Robasaa mee ❤❤❤

  • @waniofitube

    @waniofitube

    5 ай бұрын

  • @Lamine1yamal

    @Lamine1yamal

    5 ай бұрын

    Like

  • @tujitibeso9361

    @tujitibeso9361

    5 ай бұрын

    kzread.info/dash/bejne/Z452u9eAl6nTgqQ.htmlsi=0XejGb0cF-A2rDT0

  • @user-xy3zo5fy7d

    @user-xy3zo5fy7d

    5 ай бұрын

    𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐚𝐧𝐢𝐬𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐲𝐞𝐞 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ub1co4wg1g

    @user-ub1co4wg1g

    5 ай бұрын

    Want is janrashii

  • @freedom7157
    @freedom71575 ай бұрын

    hirkoo dhugaa rabbii atii namaa Addatii heduu sii dinqisifadha

  • @FhhggDghhgf
    @FhhggDghhgf5 ай бұрын

    Namani akka koo drama hirikoo jalatu qofati like godha ❤❤❤❤❤❤

  • @kingchong7767
    @kingchong77675 ай бұрын

    Gamtaa rabbif jedhi hirkoo dhisi ammas tiyya walitti busuuf qoy atti

  • @MijuuKolfaa
    @MijuuKolfaa5 ай бұрын

    Mee namni akka koo hirkoo jaallattan like natti roobsaa mee

  • @Wankooshow
    @Wankooshow5 ай бұрын

    Hir-koo hojiin keessan kuni qaama dhimmii ilaalu wajjiin mari'aatani midiyaa biyyaa keessa jiru sodaree tv irraatti osoo dhiyaate hawwii koo guddaadha. Maliif yoo jetan sodareen kan oromiyya wantateef .....ittii yaada❤

  • @MUSLIMS_SHOURTS

    @MUSLIMS_SHOURTS

    5 ай бұрын

    😊

  • @abbaa_wabii
    @abbaa_wabii5 ай бұрын

    Ol_Adeemoowwaan Koo! Isin Kenna Bara kanaa,kan Waaqni Oromoodhaaf kenneedha. Jabaadhaa. Baayyee nu boharsitan! Diraamaa Afaan kan biraa daawwachuun hafeera!

  • @MILKIYASBERHANU-xf1ib
    @MILKIYASBERHANU-xf1ib5 ай бұрын

    Wayii hir-koo keenyaa. Jechootan dinqisifadhe 1)Harkaa fuudheen olseena. 2) dhufuu ? Addan Wagga meeqa oljedhee hin ilaallee na jela balleesse deema. 3)Adda Kee eeggadhu. Jedheka. Hir-koon hir-koo boqonnaa fi bashannana sammuu oromotaaf kalaqaa jira. Yeroon barnoota koo dubbisa booda comedy hir-koo torbanii faana. Warri Akka kiyya comedy hir-koo kanatti gammaddan like godha. Wiser oromoo man. Enthusiastic oromoo comedy

  • @tujjarahmad
    @tujjarahmad5 ай бұрын

    Dhagiya warri dirama hirko ISA dursa gadhifattan of kabaja hirko❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ChrissbrownChriss

    @ChrissbrownChriss

    5 ай бұрын

    Ammamee kaayyoon kee diraamichuma ilaaluudha mitii yoo channel afaan oromoo biraa ittiin guddates rakkoo maali qabagaa amma.oromoon sabi bal'aan kan akka social median isaa akka baay'ina isaati guddachuu dideef sababa oromoo akkakeeti baay'eteefiti habashoonni nu darbite Warra akkakeetiiti kan KZread nama irraa waa bare sabiskiraayibiif like godhee hin baane😢.Adaraa oromoo amala ishee kana fooyyeffanna maaloo

  • @user-yt5or2sr3z
    @user-yt5or2sr3z5 ай бұрын

    Baayyee naman dinqisiifadhu waaqoodhaaf tiyyaa baayyeema dandeessu dhugaa🙏jabaadhaa

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk11305 ай бұрын

    Kolfa nu ajjeesaa jirtuum dhugaa rabbii 😂😂❤❤isin jaallana nuuf jiraadha

  • @ConfusedButterfly-pr3qx
    @ConfusedButterfly-pr3qx5 ай бұрын

    ❤❤❤ baay.ee gaaridha nuf jabaadha isanin bonaa jiraa garoo waa xiqoo nuf dheeresa

  • @duresatola1615
    @duresatola16155 ай бұрын

    Ani gaafa diramaan kun dhabbatee malumaa ilaala wan jedhetu na yadeessara nice commedy drama

  • @ldinternetservice2561
    @ldinternetservice25615 ай бұрын

    "Yoon ture natti tola" amzing bro kan waaqo hindubatamu dandeettiin Tiyyaa garuu adda dhugaa. Kan gamtaa contractorii hundi keessa jabaadha.

  • @ugaasmahammd7997
    @ugaasmahammd79975 ай бұрын

    Baga gammaddee hirko nii dimatee akkam hirkoo

  • @DagneLemma
    @DagneLemma5 ай бұрын

    HIR_KOO Surprise ♥️❤❤ keep on up it...... ❤❤❤

  • @Geta123tade
    @Geta123tade5 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ nama jaaba hirkoo baga gammadde tiyya waaliin

  • @batteo9045
    @batteo90455 ай бұрын

    HIR, KOO amazing show. ❤❤❤❤

  • @gemechunacha5114
    @gemechunacha51145 ай бұрын

    Wanuma akka diraamaa kan natti toluu hin jiruum. Warri akka koo isinitti toluu mee like godhaame

  • @sabaafkadir5785
    @sabaafkadir57855 ай бұрын

    Hirko very good 👍👍 dhuga baye natti Tola, like godha ❤

  • @mageehasan2679

    @mageehasan2679

    5 ай бұрын

    🎉❤❤

  • @ShananGadaa403
    @ShananGadaa4035 ай бұрын

    Hirkooooo 😍😍😍😍😍😍 Micaaa Ajaaaibaaa jabaadhaaa Heedduuu Namatti tola .!!!!!!!!

  • @zxpl7355
    @zxpl73555 ай бұрын

    Hirkoo fi tiyaa bayyee siin dinqisifaadha waalitti siin jaaladha dhugaa ❤❤

  • @firan_offical_tube
    @firan_offical_tube5 ай бұрын

    Amazing drama ❤❤

  • @daandiisirrii6166
    @daandiisirrii61663 ай бұрын

    I am from Canada thank you

  • @dessialiy7600
    @dessialiy76005 ай бұрын

    Hirkoon Kun Nama Addatti Dhugaa Dandettiin Isaa Ajiiba❤️❤️❤️

  • @sadikjeylaan6191
    @sadikjeylaan61915 ай бұрын

    Wooow bayee namatii toltu akka garitii isiin hordofaa jiraa jabadha itii fufaa bayee nuu boharsaa jirtuu galatoma ulfadha from qaxar dohaa

  • @user-zz4jn9zf2g
    @user-zz4jn9zf2g5 ай бұрын

    Waaw irkko heddu takka nakofalchifta jabaadhu qaali nama bayyen sijaaladha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DagneLemma
    @DagneLemma5 ай бұрын

    Yaa Hirkoo Episode keessan kun daran namati tola! Jabaadha baay'ee nama gammachistu❤❤❤❤❤

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa26805 ай бұрын

    Wow baay'ee namaati tolaa jabaadha hedduun isiin jaalla

  • @cphonetastic3994
    @cphonetastic39945 ай бұрын

    Dhugaa bayyeen isiin jaaladha matti diraama hirkoo nuuf jiiradha❤❤❤❤❤❤❤ Instirakterin waan bayyee araan fakkata ararramu hirkoof tiyaatti😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤

  • @kuliyeejawar8935
    @kuliyeejawar89355 ай бұрын

    Ayyyyyyyyiiiiiiiiii Hirkoo good job 👍❤❤❤❤

  • @marthagemechu742
    @marthagemechu7425 ай бұрын

    Baay'ee namatti toltu jabaadha ❤

  • @metimitiku6862
    @metimitiku68625 ай бұрын

    Instructor ❤❤❤ Hirkoo❤❤❤ Gamtaa❤❤❤ Much love❤❤❤❤

  • @sifaangarramuu6711
    @sifaangarramuu67115 ай бұрын

    Amazing 🥰🥰🥰

  • @user-jz4ph4cx5f
    @user-jz4ph4cx5f5 ай бұрын

    I am from German I love your work keep it up

  • @KarimaKarima-ud3ri

    @KarimaKarima-ud3ri

    5 ай бұрын

    Pppp sitti hin hafanee Mali German jannata seeta moo rakkatoota nuutu warrii Canada jiruu zimi jenne ilala tultula wayidha

  • @ክርስቲና857

    @ክርስቲና857

    5 ай бұрын

    ​@@KarimaKarima-ud3ri Ikko nuyyuu jirra miti kan America teenye isaan daawwannu 😮😅ayi hojii kaddaamaa keenyaa beruti fi Dubai taa'ani Germen himachu maaltu fide 😂

  • @fileembaralaamuu7974
    @fileembaralaamuu79745 ай бұрын

    Gola boqonnaa fi madda kolfa kootii kan ta'e diraamaa Hir-koo nuuf jiraadhaa. Taatota ciccimoo umurii nuuf dheeradhaa hundi keessanuu.

  • @user-lm1nj6hv4j
    @user-lm1nj6hv4j5 ай бұрын

    Baayyee bareedduudha nuuf haa dheereffamu

  • @Gazi896
    @Gazi8965 ай бұрын

    Ŕabbiin isin haa tiiksu yaa waaqoo ko biyyi kenna biyya seeraan bultuu mitii nama jabaa akka keetii meeqa dhabnee jabaa ajjeesuu fi hidhaan adamsuu malee jabaa jabeeffachuun hin jirtu biyya keenna😢

  • @user-dz6hu6ww7w
    @user-dz6hu6ww7w5 ай бұрын

    Wow baay'ee namati tola dhugaaa nuuf jiraadha isiin jaalladheera

  • @user-hz2hc5bl8b
    @user-hz2hc5bl8b5 ай бұрын

    Wayoo Hirkoo hoji jabaawa waraa dirama kan hundaa kesanu bayee jaladhaa ❤❤

  • @hawwiimucaayawayidoo4156
    @hawwiimucaayawayidoo41565 ай бұрын

    hhhhh hojii keessaan nyaadhaa kolfaan garaa nu dhukkubee jabadhaa hedduu namattii tolaa 😍😍😍

  • @user-qc6fr6no9g
    @user-qc6fr6no9g5 ай бұрын

    Irkoo koo jabaadhu baay'eeman si jaalladhaa!!

  • @kooabdinjiramegersa1131
    @kooabdinjiramegersa11315 ай бұрын

    Nu jiradhaa dhugaaa bayemaa nu boharsitum😂😂😂😂😂❤

  • @ethiochannel5759
    @ethiochannel57595 ай бұрын

    Amazing 😍😍😍😍😍

  • @wassaniwassani2380
    @wassaniwassani23805 ай бұрын

    Wowwwwww namatii tolaa jabadhaa bayyeen siin jaladhaa akkanumatii ittii fufaa

  • @BaahuddiinWallaggaa
    @BaahuddiinWallaggaa5 ай бұрын

    Subahaanallah maal gabaajen akkasi kun

  • @DanieTadele
    @DanieTadele5 ай бұрын

    Hirkoo ❤❤❤

  • @mulatugidi9117
    @mulatugidi91175 ай бұрын

    Amazing!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @yohanistadele
    @yohanistadele5 ай бұрын

    Diramaa baay,ee nama booharsu jabaadhaa .

  • @tchaltojordan
    @tchaltojordan5 ай бұрын

    Amazing 🥰🥰🥰🎊🎊🎊

  • @bontuusabaa2384
    @bontuusabaa23845 ай бұрын

    Hirkoo you are the most amazing person

  • @user-hq8ek5ff3x
    @user-hq8ek5ff3x5 ай бұрын

    ❤❤❤🎉🎉🎉🎉 bbbbbbb isin di jaaladha dhuga nuuf jiraadhaa ❤❤❤

  • @samimezgabu9443
    @samimezgabu94435 ай бұрын

    Inni kaanillee haa hafuutii maaloo yeroo isaa qofaa nuuf eegaa🥰🥰

  • @asbdefai
    @asbdefai5 ай бұрын

    Nuu jiradhaa ijole kenya❤❤

  • @user-jy5dm6vl1d
    @user-jy5dm6vl1d4 ай бұрын

    this is amazing hirko ❤❤🎉😂

  • @yayishahasane5039
    @yayishahasane50395 ай бұрын

    Hirkoooooo jabaadhaa hedduu isin dinqisiifanna!

  • @NardosTube
    @NardosTube5 ай бұрын

    Welcome hirko

  • @buleebariiarguufii7068
    @buleebariiarguufii70685 ай бұрын

    Welcome hirko ❤❤

  • @mohammedaminnagash3715
    @mohammedaminnagash37155 ай бұрын

    Ayiiii hinafaa Hababoo gatuuu demitahaa😂😂

  • @lamialemayehu3898
    @lamialemayehu38985 ай бұрын

    Ijoollee nanaa sinitti haa tolu Waaqi❤❤❤

  • @AdmiringIceFisher-sg4pi
    @AdmiringIceFisher-sg4pi5 ай бұрын

    Hirkoo baga gammade.the amazing drama

  • @Meetii347
    @Meetii3475 ай бұрын

    Amazing jabaadha dhugaa❤

  • @user-xb4no8em1q
    @user-xb4no8em1q5 ай бұрын

    Good 🎉🎉❤❤❤

  • @user-fy9gg5gc3j
    @user-fy9gg5gc3j5 ай бұрын

    Amazing hirkoo

  • @user-we3ml8is7l
    @user-we3ml8is7l5 ай бұрын

    Amazing

  • @SaidAhmed-wu4xn
    @SaidAhmed-wu4xn5 ай бұрын

    Hir koo baay'ee si jaalladhaa dhugaa ❤❤❤

  • @Oromaths
    @Oromaths5 ай бұрын

    What a generation! ❤❤❤❤❤

  • @user-hv7ee8uq6r
    @user-hv7ee8uq6r5 ай бұрын

    Baay'ee isin jaalanna jabaadhaa ❤❤❤❤

  • @Daadhii1320
    @Daadhii13205 ай бұрын

    Ijollee qaqalii kanaa❤❤❤ Heduun kolfee dhugaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @user-db2th9ye3y
    @user-db2th9ye3y5 ай бұрын

    Hir koo mucaa biyya koo bagaa gammadee lecaa Abdiisaa Aagaa 😊❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😅😅😅

  • @fatemaafatemaa9123
    @fatemaafatemaa91235 ай бұрын

    Yaa hirkoo kolfanii garaa naa dhukubsitee ❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂

  • @tamarxash.tafarraa3577
    @tamarxash.tafarraa35775 ай бұрын

    Amazing Diramaa❤

  • @REDIFUNSHORT
    @REDIFUNSHORT5 ай бұрын

    amazing

  • @tsaleul4356
    @tsaleul43565 ай бұрын

    ❤❤❤amazing

  • @shaggaarman6489
    @shaggaarman64895 ай бұрын

    Jabaadha ijoollee qaacalee koo❤❤

  • @user-yh1jr6uz5g
    @user-yh1jr6uz5g5 ай бұрын

    Dhugaa bayyee namatii tolaa hirkoon❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @amiin-yd7sf
    @amiin-yd7sf5 ай бұрын

    💞💞💞❤️❤️❤️❤️❤️❤️👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👍👍

  • @BaahuddiinWallaggaa
    @BaahuddiinWallaggaa5 ай бұрын

    Tiyyaa baay'een jalladha hirkoo🥀👌😛

  • @user-no9sq1sm5u
    @user-no9sq1sm5u5 ай бұрын

    Gaddaan ture hirkootu na kofalchise.

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu57805 ай бұрын

    Hir Koo ❤❤❤😂 😂😂😂

  • @user-wp4lc5jx5f
    @user-wp4lc5jx5f5 ай бұрын

    Umurii nuufdheeradhaa hundumti keessaniyyuu.

  • @MasaratNuguse
    @MasaratNuguse3 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😁 hin jenne tahuu ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @jiituuabdisa-ig1ys
    @jiituuabdisa-ig1ys5 ай бұрын

    Shabarraan waan hundaa danda'uu jedhee hirkoon

  • @esayasetana1806
    @esayasetana18065 ай бұрын

    Ayii Hirkoo Amma shanqilaa xoorinatti ka'u😂😂😂😂😂😂😂

  • @waltejitola3337
    @waltejitola33375 ай бұрын

    Gamtan akkamumaa diigamuu jaalala hirkoo barbadaa ❤🎉❤🎉❤🎉❤

  • @ummiisufiyaan5554
    @ummiisufiyaan55545 ай бұрын

    wel come maatii jaalalaa😘😘😘😘😘 hedduu namatti toltan jabaadhaa qomoowwan koo

  • @ayantoayanto4532
    @ayantoayanto45325 ай бұрын

    Ayi hirkoo osoo ati tessuu addaa ishii dhungaata kadha meqaan ofiit debiste jalala kadha qabdu hin tatu arga ka💔💔

  • @makiyahaji2923
    @makiyahaji29235 ай бұрын

    Hir-koo fi tiyyaan baga wolitti deebitan🎉. Hir-koo simalee namni kamuu tiyyaatee hiin dhungaatu mitti Addaa ishee irraa😅 .. Ababboo tee malee tan chuchaa ykn maal jeteen hir-koo tittiichaa😂 jeteni mitii. Kkk baga jalaa futee teemalee tabiraa ittii hiindhisiin ❤. Galatomaa heedu nama booharsituu huundi kkeessanu ..

  • @Burkayoutube
    @Burkayoutube5 ай бұрын

    Wayyi hirko nyaatamtee beqqa 😂

  • @BonaWest-fk9wo
    @BonaWest-fk9wo5 ай бұрын

    Welcome Hirko❤🎉

  • @BonaWest-fk9wo

    @BonaWest-fk9wo

    5 ай бұрын

    Yeah❤🎉

  • @misbahumisbah572
    @misbahumisbah5725 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤amazing

  • @lamiBirasa
    @lamiBirasa5 ай бұрын

    wow

  • @DanileAwash
    @DanileAwash5 ай бұрын

    bayee bayee namahti toltaa ❤❤❤

  • @user-ty2ly1pu1r
    @user-ty2ly1pu1r5 ай бұрын

    Hir-koo kana boddee waa,ee tiyyaa dhaabuu qaba malif yoo jettan tiyyaa qabuu dadhabera naaolii fi tiyyan jaalala bifaa haran jalqabu qabuu

  • @user-bh6dk7qt5e
    @user-bh6dk7qt5e5 ай бұрын

    Maa'inni akkanatti qoosuun. ajaa'iba qoosaan keessaan😂😂😂😂😂😂😂

  • @lalenh.k3743
    @lalenh.k37435 ай бұрын

    I like I muraa G muraa😅😅😅😅😅😅😅

  • @user-ut2hm2wo4k
    @user-ut2hm2wo4k5 ай бұрын

    Bagaa nagaan dhuftaan maatii jalalaa❤🎉

  • @alanood8132
    @alanood81325 ай бұрын

    Wow 😊❤❤❤❤

  • @user-ks5ko8fg3c
    @user-ks5ko8fg3c5 ай бұрын

    Anilee baayyee natii tool lee diraman hirkoofi tiiyaa kunii ❤😂

  • @user-cl3tg8nz6z
    @user-cl3tg8nz6z5 ай бұрын

    😂😂😂😂 woyyoo garaa Koo hirkoo bagaa Nagaan dhuftaan ❤❤❤❤