HIR-KOO KUTAA 37FFAA

HIR-KOO KUTAA 37FFAA

Пікірлер: 865

  • @RamadanAbdurahman-hh5vy
    @RamadanAbdurahman-hh5vy4 ай бұрын

    Garuu waan takka osoo nuuf sirreesitanii gaaridha xumura filmii arra dhumee kana torbee dhufuus asumarraa akka jalqabee itti fufu yoo nuuf gootan hedduu takka bareeda jedheen yaada qaaliwan koo jabaadha garuu hojiin keessan bareeda itti fufaa

  • @user-mg9gh1oh2j

    @user-mg9gh1oh2j

    4 ай бұрын

    Dhugadha❤❤❤❤

  • @tsionzinabu7198

    @tsionzinabu7198

    4 ай бұрын

    Kayyoon isaa akka natti fakkaatuti Torbe torbeen mata duree haara irratti hojjechufi waan haara fidudha.

  • @kuushoromia

    @kuushoromia

    4 ай бұрын

    Akkanattuu eeguu dadhabnee dhiisi xumura isaa kana homa rarraasee nama hin hambifne irratti nuuf haa dhaabanii

  • @boontuu559

    @boontuu559

    4 ай бұрын

    Sii maaleen Esa nu dhufte😮😮😂😂😂

  • @DerejeAbdeta

    @DerejeAbdeta

    4 ай бұрын

    😂

  • @tigisttamiru2907
    @tigisttamiru29074 ай бұрын

    Wayyii gamtaa😢😢Hirkoo miskinaa koo hinumaa mo'attaa jabaadhuu❤❤tiyyaa daftee murtoo hin fudhaatin gamtaa chuchaa sanaa fanaa dabaa qabatee jiraa gaaruu akkaa hirkoon mo'aatu abdiin qabaa bayyee isinii jaalannaa isinini boonaa dhugaa jabaadha😘😘

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia58334 ай бұрын

    Bravo Hirkoo koo wallayii naa gammachiste gaamtan dubbii sii afaanni fuudhuuf deema ture , baga akkas gootee 😂😂 Gaamta Tusha wajjin waaliif galee birri nyaate jira hiriyaan akkasiis jira jechuudha barnoota kuni hubadha 👌

  • @baraksool3854
    @baraksool38544 ай бұрын

    Yaa Gamtaa atihoo hojiimakee hin dhabin. Hirkoomarra deemtee deemtee rakkin tuulta😭

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384

    @iyesusabdiijiraatadhaa1384

    4 ай бұрын

    😂😂

  • @jiregnalelisa4711

    @jiregnalelisa4711

    4 ай бұрын

    Gamtaa Abba hojii tatee

  • @ketemafimagaala2897
    @ketemafimagaala28974 ай бұрын

    Gamtaa Maqaa wal balleessuun Kun haa dhaabbatu! Hedduu namatti tola nuuf jabaadhaa❤

  • @ahimadmahamud7870
    @ahimadmahamud78704 ай бұрын

    Dhugaa Rabbi Diramaan hedduu namati tolaa!!❤🎉

  • @MILKIYASBERHANU-xf1ib
    @MILKIYASBERHANU-xf1ib4 ай бұрын

    Eree ilmaa nama best man . Hirkooooooooo best kooo.Dubbiiwwan an dinqisiifadhe.1) Lammata ijaa keen SI arguu hin barbaadu. Naaf kakadhu. Dhumnii isaa hin raawwanne. Thank you.

  • @user-hg2rk9fu7g
    @user-hg2rk9fu7g4 ай бұрын

    Baayee gaariidha jajjabaadhaa qaaliiwwal ijoollee oromoo sanyii sooraa abdataa mucaa abdatamaa fi jaalatamaa quuqamtoota sabaa isiniin jechaa haaluma kanaan itti fufaa as keessatti garuu hirkoon dhugaa kee argachuun

  • @dessialiy7600
    @dessialiy76004 ай бұрын

    Gamtaa Maalo Hirkoo Dhiisi Hin Rakisinii Dhugaa Diraman Kun Ergaa Gudda Qaba Dhugaan Hin Qallatti Male Hin Cittuu Jabadha Hundii Kessanuu❤️❤️❤️❤️

  • @SOORETTIItube-my5ub
    @SOORETTIItube-my5ub4 ай бұрын

    aartii jechuun akkas, waaqoon,gamtaan instructoriin, tiyyaan ,waluma galatti waan ajaa'ibaa hojjachaa jirtu. jabaadhaa qaqqaaliwwan keenya.siniin boonna dhugaa. umrii nuuf dheeradhaa. ayyaanni OROMOO sin haa tiksu.

  • @user-kb4jp3lx5q
    @user-kb4jp3lx5q4 ай бұрын

    Wayyii gamta hin qabamte kkkk hirkoo dhugaan hin qalati malee hin cituu ❤❤

  • @bilqituugaaddisaurgesaa
    @bilqituugaaddisaurgesaa4 ай бұрын

    Baayee namati tolaa gaaruu gamtaa gidira maalee in hojatuu wansaa❤❤😂😂

  • @abdulatif4831
    @abdulatif48314 ай бұрын

    Wow amezing bayy’ee nama tola haluuma kanan itti fufa❤👌🏾

  • @mergituwagari7696
    @mergituwagari76964 ай бұрын

    Wow bayyee namatii tola hirkoon fi kiyyaan naamararaan rabbi waan garii hatasisuu

  • @Yooyyaa311
    @Yooyyaa3114 ай бұрын

    Hirkoo, Tiyyaa, Gamtaa, Instracter😍😅👏👏👏

  • @Ebi_Bek
    @Ebi_Bek4 ай бұрын

    Our comedicianists Keep it up!

  • @Abdiimedia-gd4is
    @Abdiimedia-gd4is4 ай бұрын

    Well come to back hir-koo first comment 😊

  • @Hafizyazid5g
    @Hafizyazid5g4 ай бұрын

    Achi As nati Deebisin Torbanin nuha Ga,u waqayyoo ❤❤

  • @GadoTasisa

    @GadoTasisa

    4 ай бұрын

    Maatii naaf ta'ii

  • @MdAbdl-

    @MdAbdl-

    4 ай бұрын

    Irko haluma kanan itti fufa

  • @GeletaOli
    @GeletaOli4 ай бұрын

    Hirkoo barsiisadha diraamaa Kee Fi hiriyyoota Kee nuuf jabaadha umurrii nuuf dheeradha❤❤❤❤

  • @BurtukanBeyana
    @BurtukanBeyanaАй бұрын

    Tiyyaa draftees wan Tokko hin murteesin jabbadha dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AmusedFloatingIceberg-kx1gw
    @AmusedFloatingIceberg-kx1gw4 ай бұрын

    Hirko is the king 👑 of comedian ❤❤❤❤❤

  • @GadoTasisa
    @GadoTasisa4 ай бұрын

    Inni harraa kun baayyeema baayyee bareedaa, haala kanaan itti fufaa, Diraamaa jechuun akkanaa yeroo waanti hin eegamin tokko ta'uu.

  • @user-uh9fi5gh1l
    @user-uh9fi5gh1l4 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂ayii gamtaa hojii kee nyaadhu Baye bayee namati tola dhugaa jabbadhaa

  • @user-gp9vb7gc3s
    @user-gp9vb7gc3s4 ай бұрын

    Baayee namaati toltuu jabaadha ilmaan abba tokko isiin jallaana ❤❤❤❤❤❤

  • @Imaltticha
    @Imaltticha4 ай бұрын

    Hirkoon Muka hirkoon nuun jedhee, kunoo Hanguma Muka arginu hirkoon jechaa deemnakaa❤❤ Nuuf jabaadhaa taatonni keenya❤❤

  • @sabaafkadir5785
    @sabaafkadir57854 ай бұрын

    Baga Nagahaan dhuftan irko welcome, baaye namatti tola kan hardhaas 😂😂😂❤❤❤

  • @user-kr9gn3xi8l
    @user-kr9gn3xi8l4 ай бұрын

    Hirkoo bagaa dhugaa kee bahee kun chuchaa tahuu hin abbaan mucaa dhisii atii miskiinaa dhugaa 😢😢

  • @hawwiimucaayawayidoo4156
    @hawwiimucaayawayidoo41564 ай бұрын

    Kkkkko gamtaa tonkolanyaa wayyii hirkoo nuu kofalchistee kkkkk jabadhaa

  • @Naj829
    @Naj8294 ай бұрын

    Wow bayee namatii tolaa garuu Isa ittii anuutii kan chuuchaa ta.uu qaba ulfìchii

  • @EzadinTemam
    @EzadinTemam4 ай бұрын

    Baga nagan dhuftee hirkoo keenya ati nama jaabadha ,ijaa,keenya,ati abdi sabati jabadhu tiyyas kees ni futa🥰

  • @ayantufeyisa9730
    @ayantufeyisa97304 ай бұрын

    Tiyafi hirikoo Akkatan jaladhuu 😂😂😂😂 Jabadhaa ❤❤❤

  • @user-jy5vh7mw9k
    @user-jy5vh7mw9k3 ай бұрын

    You will never walk alone

  • @metiolfirisa945
    @metiolfirisa9454 ай бұрын

    Karaatti hafe yaadni diinni qopheesse. Tiyyaakoo akkuman itti si jaalladhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gadaatube9522
    @gadaatube95224 ай бұрын

    Sagaleen isaa har'aa ammoo baayyee gad bu'aadha. Sirreeffadha yeroo itti aanuutti.

  • @quluceiluu5780

    @quluceiluu5780

    4 ай бұрын

    Soudi oli gudifadhu sagalen sirri jiraa

  • @safia1290
    @safia12904 ай бұрын

    Gamata malo hirko dhisi haa jirtu hojii kee hundu nama gadisisa 😢 Wyoooo hirkoo koo 😢😂 Tiyya daafte osoo addan hin baafatin murti hin murtessin Hirko ❤❤

  • @user-rz3yp7gh3w
    @user-rz3yp7gh3w4 ай бұрын

    Dhumaraa natii tolee dhugaa jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @ararsamulisaofficial
    @ararsamulisaofficial4 ай бұрын

    WOO HIRKOO EEBIFFAMI NAMOONNI AS JALA JIRTAN MAATII NAAF TA'AA

  • @user-sq1fl1qz3t
    @user-sq1fl1qz3t4 ай бұрын

    Dirama kana ibsuuf jechoota hin qabu! Galatoomaa❤❤❤❤❤❤

  • @fttuunaaom5018
    @fttuunaaom50184 ай бұрын

    ❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰Hirkoo jalalumatu gowwaa isaa godhe male gowwaa miti.

  • @user-hq8ek5ff3x
    @user-hq8ek5ff3x4 ай бұрын

    Wow wow namati tola dhuga nuuf jiraadha❤❤❤❤❤

  • @user-qz2xd5dh9r
    @user-qz2xd5dh9r4 ай бұрын

    Hirkoo baayyeen sijaalladha sin kabaja sin mararfadha dhugumakoon siif ima ❤

  • @girmadesta9546
    @girmadesta95464 ай бұрын

    It's very good thanks for this works

  • @BaahuddiinWallaggaa
    @BaahuddiinWallaggaa4 ай бұрын

    Hirkoon akkuma haasaa isaa qulqulluudha, miskinasi kanaafuu irraa buu'i gamta hirkoorra 😔

  • @user-fc3sy1oj2p
    @user-fc3sy1oj2p3 ай бұрын

    Wow Wow baa'yee nama tola ❤❤

  • @user-mp7xv9xz1f
    @user-mp7xv9xz1f4 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤ maloo gamtaa gafumaa tokkon rebamee maloo naa gubee anaanu hirkoo caalaa!

  • @FayeJesus
    @FayeJesus4 ай бұрын

    ayii Gamtaa Hiriyaa fakkatee dabaa atii Hirkoo irraatti hojjeettu sii hin basuu

  • @MagarsaTaddasaa
    @MagarsaTaddasaa4 ай бұрын

    Tiyaa Good Amanamtuu wayyii Gamataa afuftuu

  • @Obsee12
    @Obsee124 ай бұрын

    Ummaata jalalaa jirtu ❤❤❤❤ 😊maatii nuf ta.a waliif haa tanuu🥰🥰🥰

  • @user-gm4jk6hr8d
    @user-gm4jk6hr8d4 ай бұрын

    Dhugaan qalatii malee hin cituu ajaibaa ❤❤❤❤

  • @user-js3ds9bw3j
    @user-js3ds9bw3j4 ай бұрын

    garuu Gamtaa hirkoofi tiyyaa adda baasuudhaaf hojiin ati hojjette waan salphaa sitti hin fakkaatiin. garuu dhiisi hirkoonis nama gaariidhaa, tiyyaanis jaalala dhugaa itti agarsiisaa har'a geessee hirkoo irraa adda bahuun waan ta'u miti , jaalala dhugaa agarsiisuun rakkina walii danda'anii jireenya gaarii jiraachuu agarsiisa. kanaaf hirkoofi tiyyaan akka adda bahan hin barbaadnu, gamtaa gidduu isaan lamaanitii akka baatu si gaafanna. ulfi sun garuu kan chuuchaa akka ta'u eegna.

  • @firiifanrufe5583
    @firiifanrufe55834 ай бұрын

    Woooow hedduu namatti tola dhugaa ❤❤❤❤❤❤

  • @AbdulkarimGanna
    @AbdulkarimGanna3 ай бұрын

    Eeyyeen akkumaa ramedaan abdureman jedhe akkuma bakkaa itti dhaabbate irraa eegaluu isiniin jennaa

  • @shibireshifara3805
    @shibireshifara38054 ай бұрын

    ❤❤❤dhugaa haraa gaaderaa ani yannii Gamtaa karaat hafee😂❤

  • @mulugetakebede2421
    @mulugetakebede24214 ай бұрын

    Woooowwwww filmin kessaan bayyee namatti tolaa ❤❤❤❤❤❤

  • @user-mp7xv9xz1f
    @user-mp7xv9xz1f4 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤maloo gamtaa takkuma rebamee maloo inoo hirkoomaa danda'a kkkkkkk.

  • @tarikudeketa4622
    @tarikudeketa46224 ай бұрын

    Garuu diraman kesaan kuun jalaalaan na saxiluu dema bekaa 😂😂😂❤❤❤

  • @user-cl3tg8nz6z
    @user-cl3tg8nz6z4 ай бұрын

    Gamtaa hin sartee dhugaa 😂😂😂😂 bagaa nagaan dhuftaan hirkoo ❤❤❤ Hirkoo ❤❤😂😂😂😂😂

  • @GadoTasisa
    @GadoTasisa4 ай бұрын

    Nama maatii naaf ta'eef anis maatii nan ta'aaf. Seenesse garaagaraa qabannee jirraa

  • @GadoTasisa

    @GadoTasisa

    4 ай бұрын

  • @sabaanboontuu3939
    @sabaanboontuu39394 ай бұрын

    Dhugaa hedduu namatti toltu jabaadhaa ❤

  • @user-do5qi1he2p
    @user-do5qi1he2p4 ай бұрын

    Baga nagan nuf dhuftan 🎉🎉hrkoo😘😘😘

  • @HamidMamee
    @HamidMamee4 ай бұрын

    Wallaahi irkoon sumarraa dalage yaa gamtaa kanuma raawwadhee siin jedhuu deemu natti fakkaate foon kee na haa nyaachisu hin raawwannee jadhee dhugaa hime

  • @GenetGizachew-qm1ft
    @GenetGizachew-qm1ft3 ай бұрын

    ❤❤❤ Bay'ee namat tolaa

  • @SimbooGl2016
    @SimbooGl20164 ай бұрын

    ❤❤❤kkkkk jaabaadha qaaliiwwan koo baayyeen isinitti gaammada!!!

  • @HasanmahammadHasanmahamm-iz7ps
    @HasanmahammadHasanmahamm-iz7ps4 ай бұрын

    Diraamaan keessan baayyee namatti tola jabadha

  • @WolooTube
    @WolooTube4 ай бұрын

    ayii hirkoo😂 deebii naaf deebisi jedhaa achii ol nattin haasawin jedhaani😂😅 Baabaa kootu dur akkasi 😂

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia58334 ай бұрын

    Gaamta Hojii kee nyaadhuu ati garuu Hirkoon Qulqulluudha ❤ mee itti dhiyaadheen ilaala amma

  • @AbdiAmnu
    @AbdiAmnu4 ай бұрын

    Jabadha bayee namati tola dhuga

  • @firiishew5564
    @firiishew55644 ай бұрын

    Ww namatti tola dhuga ❤❤jabaadha🎉🎉❤

  • @user-kb7go5sn6n
    @user-kb7go5sn6n4 ай бұрын

    Wwwwwwww hirkoo ati bar hadaa ❤❤❤tiyaa ya gotaa jalalaa

  • @Sabaanboonsabaoromoo
    @Sabaanboonsabaoromoo4 ай бұрын

    Ijoole hundi keeysan maatii wal haa godhanuu

  • @user-wu8ss7xu5y
    @user-wu8ss7xu5y4 ай бұрын

    Wooooooooooooow hirkoo congratulation .

  • @NasruAbdurazaq
    @NasruAbdurazaq4 ай бұрын

    Very good nice hirkoo ❤❤❤❤❤❤good

  • @FugasaAliyi
    @FugasaAliyi4 ай бұрын

    Baranota gudaa dbarsajirtn❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jabadha hirko fi t

  • @BurtukaanzawudeZa_burtukaan
    @BurtukaanzawudeZa_burtukaan4 ай бұрын

    Wawooo baayee bareda Omg hirkoo dirmaa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉Nuuf jiraadha sanyiiwaan keenyaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @GudetaGemeda-dp8mc
    @GudetaGemeda-dp8mc4 ай бұрын

    Amazing

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo9084 ай бұрын

    Ayi hirko garraamii nanaa😁😁🥰🥰❤️

  • @TiyyaHirkoo
    @TiyyaHirkoo4 ай бұрын

    Wow ❤❤❤❤

  • @hundebaddabaale
    @hundebaddabaale4 ай бұрын

    ani yeroo hedduu comment hin godhu garuu jecha 2 yeroo hunda yaadadheen kofla 1 Muka Hirkooti 2 Qola Kitaabaati. harra ammoo otoo hin beekin "haadha isaanii warra kana" jedheen hiriyoota koo rifachiise kkkkkkkkk galatoomaa dhugaa Abbaan qola Kitaabaas baga dhalate

  • @BikilaAsfawfurugasa
    @BikilaAsfawfurugasa4 ай бұрын

    Wow ❤❤❤❤❤😮😮😮😮

  • @TasfuOlika
    @TasfuOlika3 ай бұрын

    Gamtaan immoo Abidda buuusaaa jiraaam!

  • @GammachuuQabure
    @GammachuuQabure4 ай бұрын

    Jabadha bayyee namatti tola

  • @genetgenet9909
    @genetgenet99094 ай бұрын

    Wayyii gamtaa ,, abbaa mucaa gidimaan tahuu barbadaa moo 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 dhugumaa balchaa safoo hirkoo 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @user-oz2jf8xl1e
    @user-oz2jf8xl1e4 ай бұрын

    Gamta hirkoo irrra rakkoo maalii qabaa innii ittii bitameef

  • @FarahanAbdukadir
    @FarahanAbdukadir4 ай бұрын

    wow bayye namati tola

  • @chaltufikadu4487
    @chaltufikadu44874 ай бұрын

    kkkkkkkkkk hayii hirkoon baayyee garaa na nyaate gamta hoojiikee nyaadhu.

  • @user-mt9bm1qf6t
    @user-mt9bm1qf6t4 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ very thank

  • @temesgenegash80
    @temesgenegash804 ай бұрын

    wawo jabbaadha baay`ee isiin jallaaanna.

  • @user-ud2pz6cr6y
    @user-ud2pz6cr6y4 ай бұрын

    Hirkoo, an amazing comedian never seen!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @user-nm2uc5pc2j
    @user-nm2uc5pc2j4 ай бұрын

    Wow bayye namatti toltu❤❤❤❤❤

  • @firaolkiya5170
    @firaolkiya51704 ай бұрын

    Wayi gamtaa! Kan akkakee baay'etu biyya Kenya rakkisa jira

  • @waktolalamesa9475
    @waktolalamesa94754 ай бұрын

    wow!!!!!!!umurii dheeraa nuuf jiraadhaa!!!

  • @user-um6rk5lb3t
    @user-um6rk5lb3t4 ай бұрын

    Bagaa nagaan dhuftee hirkoo keenyaa

  • @BirhanuFufa-ih3iq
    @BirhanuFufa-ih3iq4 ай бұрын

    Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bakilefayisa2531
    @bakilefayisa25314 ай бұрын

    Gamtaa cubbun hirkoo sii balesaa dhisii 😢😂😂😂

  • @meskeremmeskerem9048
    @meskeremmeskerem90484 ай бұрын

    Wowowow jabaadhaa yaannii keessan bareesaa❤❤❤❤

  • @HenokAsfaw-hz2oz
    @HenokAsfaw-hz2oz4 ай бұрын

    Wayyooo Hirkooo qee galleesse❤❤❤❤

  • @user-ow7hi1ev8c
    @user-ow7hi1ev8c4 ай бұрын

    Hirkish hin ulfeessitee ganaa ilmo godhatte kkk😂😂😂😂 abbii siin jedhani😂😂😂🎉🎉🎉

  • @user-my3lr5xf9y
    @user-my3lr5xf9y4 ай бұрын

    Wow nice amazing ❤❤❤❤❤❤❤❤❤itii fufii hirkoo

  • @user-by6wn8qb4j
    @user-by6wn8qb4j4 ай бұрын

    Great job 👏 ❤

  • @user-nd1fq4uf7w
    @user-nd1fq4uf7w4 ай бұрын

    Gamtaa dhugaa sin jibbe. Osoo dhugaa ta'eera ta'ee kanan booda osoon si argee wanna ta'u argita ture.