Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ] Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa duudhaa Oromoo guddifachaa irratti.

Ойын-сауық

Diraamaa Guddifachaa,Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ] Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa duudhaa Oromoo guddifachaa irratti Afaan Amaaraan hojetame. artistoottoonni Itiyoophiyaa bebbeekamoon kan irratti hirmaatan, qabeenyaafi aadaa,safuun Oromoo kan keessatti guddatee mul'ate.

Пікірлер: 387

  • @AnwerAbdii
    @AnwerAbdii2 күн бұрын

    Waw nama dinqisisaa OBN afaan diraamaa amariffaatin gadi dhiisun isaa hedduu na ajaaibes natti toles qabeenya oromiyaa ummanni oromoo hangam tokko jalala Akka beeku ummata kaanitti nuuf argisiisaa ❤🙏

  • @motigirma-mf4ld
    @motigirma-mf4ld10 күн бұрын

    Warrii isin Afaan Kenyaa Kenyaa jetanii Sabnii birraan Akka irraa baruuf Malee Afaan Oromoo jibbee miti

  • @HilifMathewos

    @HilifMathewos

    10 күн бұрын

    maal irraa barata sabni biraa kanarraa? guddifachaa yoo tahe hunduu nii beeka. siyaasa ofii ittiin geggeefachuun irran hafe ergaa biraa hin qabu

  • @makiama9561

    @makiama9561

    10 күн бұрын

    ​@@HilifMathewoskkkkkkk🙄

  • @malaasia6260

    @malaasia6260

    6 күн бұрын

    Sabni bira ni ilaala jettanituu

  • @Genet800

    @Genet800

    5 күн бұрын

    Wow

  • @FiraolTeshome-do3et

    @FiraolTeshome-do3et

    4 күн бұрын

    @@HilifMathewos waa'ee sirna guddifachaa oromoo haasa'uun duratti qubuma afaan oromootuu sirnaan barreessuu bari. Dull-witted

  • @netsanetgosa8917
    @netsanetgosa89174 күн бұрын

    ከጅምሩ በጣም ደስ የሚል እና የሚያጓጓ ድራማ በርቱልን❤

  • @Rutkebede
    @Rutkebede4 күн бұрын

    Wow በጣም ደስ የሚል ድራማ ነው የኦሮሞ ባህል የሚሳይ ለሁሉም የኢትዮጵያ ማህበረሰብ የሚሳይ ነው

  • @user-en6um2cv4s

    @user-en6um2cv4s

    2 күн бұрын

    ተይ ባክሽ😂😂😂😂

  • @user-yu2eo2gw6f

    @user-yu2eo2gw6f

    2 күн бұрын

    ገዳይነቱን እንዳታሰተምሩን ብቻ

  • @user-rr4mt5eu5u

    @user-rr4mt5eu5u

    2 күн бұрын

    ​@@user-yu2eo2gw6f😂😂😂😂እኮ ደሞኮ ጓጉቸ ነበር የመጣሁተ እነሱ ሲሆኑ ሳላየወ ዘጋኝ🤑

  • @user-zz4xw3ut6x
    @user-zz4xw3ut6x10 күн бұрын

    Errrrrrr betasaboch ye film badeb yemitayi film new like ena share argut

  • @betregiyontube
    @betregiyontube2 күн бұрын

    በጣም አሪፍ ነው ግነ ትረጉሙን ከስር ብትፅፉት አሪፍ ነበረ

  • @Alemf2k

    @Alemf2k

    2 күн бұрын

    ጉዲ ፈቻ ማለት በኦሮሞ ትልቅ ባህል ነዉ ከት መጣህ ሳይባል ወላድ የሌላቸዉን አቀቅመ ደካሞችን የሚያሳድግ ማለት ነዉ

  • @user-zt7qr9px3t
    @user-zt7qr9px3tКүн бұрын

    እዉነት ደሥ የሚልና አሥተማሪ ድራማነዉ እግዚያብሄር ዘረኝነትን አጥፍቶ ፍቅርን አድነትን ይሥጠን 😢😢😢😢😢❤❤❤❤

  • @user-zl2lw7tc7t

    @user-zl2lw7tc7t

    6 сағат бұрын

    አሜን እሱ ነው የናፈቀኝ ዘረኝነት ለማንም አልጠቀመ

  • @DebelaBededa
    @DebelaBededaКүн бұрын

    Woooow waan bayyee namatti Toludha Adaa keenya nuuf guddisaa ❤

  • @SelamSuyume
    @SelamSuyume10 күн бұрын

    በጣም በጣም የሚገርም ድራማ ነው

  • @NuranMohammed
    @NuranMohammed4 күн бұрын

    Dhugaa dubbachuuf filmii ajaa'ibaati itti nuuf fufaa artistootni keenya isin jaalanna. Garuu afaan oromootiin jalatti barreeffamaan yoo hiikame daran bareedaadha natti fakkaata. Mee warri afaan oromootiin jalatti nuuf haa hiikamuu jettan harkaan nu garsiisaa❤❤❤

  • @chalaadam7879

    @chalaadam7879

    2 күн бұрын

    ☝️☝️

  • @serkalemebisa6178

    @serkalemebisa6178

    Күн бұрын

    Eeyyee dhugaa keedha baayeen keenyi hikaa isaa hin beeknu osoo afaan oromooti nuuf hiikamee baayee gariidha akkaa yadaa kootti waan hundaaf barumsaa bareeda dabasa

  • @kumeoromiya4019

    @kumeoromiya4019

    4 сағат бұрын

    👍👍

  • @user-bg2dc1wp3o
    @user-bg2dc1wp3oКүн бұрын

    Wawao😮❤ Garuu yeroo oromiiffaaan hasaan "amarifaan" jaalatii osoo hikkitanii garriidha . Akkasumaa yeroo amariffaan hasaan "oromiifaati" osoo hikktanii barreeffaaman bayyee garrii ture .kan amarifaa dhagenyee barreeffama dubisee hubbata akkasumaa kan oromifaa hin beknee bareefaman nii hubbatu ✍🏼🥰👏

  • @gutatolasa
    @gutatolasa2 күн бұрын

    Baay'ee suusii nama qabsiisa Diraamaa ajaa'ibaati Afaan oromootiin jalatti osoo hiikamee caalaatti bareeda jedheen yaada❤❤💚💚❤❤❤

  • @zedyednglij3314
    @zedyednglij331415 сағат бұрын

    ፍቅር ይስጠን አገራችንን ሰላም ያድርግልን❤ባዬ ነመቶላ ብዬ ኬኛቤ በሬዱዳ ጃለላ ኦጅራቴ ሁንዲኬኛፊ እንጌሲ 🇲🇱🇲🇱🇲🇱💚💛❤

  • @kiya2127
    @kiya21276 күн бұрын

    Wow betam des yelal yemigarm film new hulum oromo be mahone ekoralew ye migarm culture new yelen

  • @monettubeofficial4563

    @monettubeofficial4563

    3 күн бұрын

    Hulum oromoo aymeselem

  • @belyanjemal5144

    @belyanjemal5144

    Күн бұрын

    Me too my blood

  • @mekdesazene7427

    @mekdesazene7427

    4 минут бұрын

    😂😂😂😂😂😃

  • @user-cl3tg8nz6z
    @user-cl3tg8nz6z2 күн бұрын

    Www bayee baredaa dhugaa itti haa fufuu diramichii diramaa Oromoo fakataa malee diramaa amarifaa hin fakatuu dhugaa

  • @Dhugaatokko
    @Dhugaatokko11 күн бұрын

    akka yaada kiyyaatti film seenaa dhugaa rakkinaa oromoo gujiii ,seenna oraomaa godinaalle biraa dabaiaaatte jira. kanaafuuu film seennnss dhugaaa waan qabuuuf guddumaa nata tolee. dhimmaa afaan walqabaatte ka"e worri kaaba rakkinaa keenyaa hin beekan , warraa nu rakkisaanis hin beekan waan ta"eef afaan oromootille fi amaraallee kutaa baayy"e yoo dhiyyyaa ni barbaanna. namooni yaada kachaanu osoo yadaa bilchaata kanyee gaarii[hoosee] . kun aartii oromoo guddisuu akkasumaas rakkoo ummataa keenya iftaatti baasu keessatti gaheee ol"aana qaba. filmichii afaan oromoolle haa dhiyyaatu yaada ummataa kenyaa bira ka"u isaa guddaa waan ta"eef xiyyafannoo argachuu qaba. filmichii yoo xiqqaatte kutaa 600 ol qabachuu qaba. ammas aadaawwaan oromaa godinaallee garagaraa jira kana caalaa itti dabaalamu qabu. kutaawwaan oromiyyaa 11 of keessa qabachuu qaba. waan itti dabaalamu hundaa itti dabaluu qabdu . filmichii yeroo gadi dhiisu qabdu . torbaati yeroo meeqa akka gadi dhiifamu beeksisuu qabdu. artisootta oromoollee itti dabaalu qabdu . akka kiyyaatti dhugaa ummataa keenyaa keessa jiru irra waan ka"e baayy"e baayy:e nata toleera . dalaataan dhimmi albuudani walqaaatu rakkoo cimaa lubbu kumaataman lakka"amuu kan galaafatee akkasumaas ummataa keenyaa keemikalli lagaa dambiii ila[ija] , harkaa' miila, guraa isaan midhee hin dagaatamu osoo waa"ee midhaa ummaata keenyaa sabaaaba aibuuda godinaa gujii kesaatti t"a jiru sallee itti dabaatan baay"ea namatti tolaa. dagaggoonni fayyidaa tokkollee aibuuuda irra argaacha hin jiraan. misoonimni naannoo albuuuda keesaatti hojjaama hin jiru. kanaafuu rakkoo misoomaa nannoo albuuda keesaatti ibsaamu qaba. filmiichi kutaa bayy"e dhiyyaachuu qaba. jabaadha.

  • @IRReTube

    @IRReTube

    11 күн бұрын

    Afaan rakkoo qabaatee osoo hin taane maaliif artistoonni keenya diraamaa kana keessatti hin hammatamne moo artistoota ormaatu gamaa dhufee aadaa keenya nuuf beeksisaa moo aristootni oromoo aadaa saba isaanii baasanii addunyaatti mullisuu hin dandahanii kuni akka kiyyaatti waan sirrii natti hin fakkaatu

  • @user-tt1pp3ei6q
    @user-tt1pp3ei6qКүн бұрын

    ሣሎን የወቂጤዋ አቺን አይቼ ነው የመጣሑት በቲክቲኮት

  • @tegeneasefa112
    @tegeneasefa1127 күн бұрын

    Dhugaa dubbachuuf waan dinqiidha kan isaan hojjetan❤❤❤❤ Waa'ee keenya akkatti addunyaatti mullisuun isaanis baay'eetti nama gammachiisa❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏 Galatoomaa!!🙏🙏🙏

  • @ZlalemAmare
    @ZlalemAmareКүн бұрын

    በመጨረሻም ሁሉም ተዋነኝ ስለብሄር ይከድማል

  • @NadhiiNadhishaa-bj9mo
    @NadhiiNadhishaa-bj9mo5 күн бұрын

    Dhugaa dubachuuf dirammaa barredda garruu irmanan artistotta afaan oromoo dubbattannii Bay,ee xiqadhaa ❤❤❤❤ from hargeisa somal land

  • @sofi-rv1tz
    @sofi-rv1tz19 сағат бұрын

    ዘረኝነት ጥንብ ናት ይመቻችሁ❤

  • @NadhiiMahammad-ti1uy
    @NadhiiMahammad-ti1uy7 күн бұрын

    Afaan keenyaa nuuf hiikaa baayyee natti toolaa jiraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-bb8bj2zz9l
    @user-bb8bj2zz9l2 күн бұрын

    Baay'ee namatti tola, Gootittiinis haa bultu🥰❤️🙏

  • @ajelo19
    @ajelo19Күн бұрын

    Awen gna ye Ethiopia film Ethiopiawi hone👏👏👏 fete le behr behresboch yehun

  • @begnamalaku6976
    @begnamalaku6976Күн бұрын

    Wow ajaaiba dhugaa. Garuu 1) otuu artistoonni keenyas keessa qooda fudhatanii yeroon jedhu namoonni dhugumaan oromiyaa keessatti dhalatan , fkn maanguddoon oromoo baadiyyaa irra jiru loqodi isaa gaafa afaan amaraa dubbatu akka kan artist mokonon tasumaa hin tau , akkaataa mucoon itti na ilaala jettu illee waan baratamaa natti hin fakkatu. Na ofkalchaa waanuma natti dhagahamedha

  • @user-bb6vi5bf2m
    @user-bb6vi5bf2m3 күн бұрын

    Waw በጣም አርፍ ስራ ነው ተዋናዮች በጣም ጎበዝ ናቸዉ በርቱ

  • @EteneshAlemu-po1rj
    @EteneshAlemu-po1rj2 күн бұрын

    Baay'ee namatii toltuu dhugaa jabadhaa it fufaa❤❤❤

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar147723 сағат бұрын

    My Culture guddifacha Oromoo koo maal dhabe saba gudda ormafu ta'u waan gaariidha jabaadha garuu waanti gaaffi nat ta'e maaf namni tokko illee oromoo kan ta'e as keessa dhabame ormatu waan keenya nuuf guddisa moo

  • @alwanmohamed2941
    @alwanmohamed294110 күн бұрын

    Afaan oromoottis yoo geeddarame Gaari ta'a jabaadha

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa13846 күн бұрын

    Afaan oromotin irraa nu debbi'amee ❤ ani afaan hin dhagau garuu nama hawwata jabbadhaa oromoko❤

  • @Fitsumderej
    @Fitsumderej2 күн бұрын

    Betam desiyilal bertuu❤❤❤❤❤❤

  • @HannachalumaaHannachalumaa
    @HannachalumaaHannachalumaa6 күн бұрын

    dhugaa rabbi oromiffa se,een ture garuu haa ta,uu barredda jabadhaa nutti duruu culture midhaga qabnaa

  • @Genet800
    @Genet8005 күн бұрын

    Warii maali afaan keenyaan hojetamu dide jeetani nuuti addaa keenya ni beekna warri afaan keenya seena keenya dudhaa keenya hin beeknee oromon sabba gudda akka ta'e kan hin beekne jiraa kanaf oromof oromiyaan maal akka ta'e warra afaan oromo hin beeknef hojetamun isaa baay'ee naa bonse warii oromon keniya dhufe madcasker dhufe jeetuu gaaf kana argituu iddi eshii akka dhabatuu naan amana oromo karaa adeemtu miti kadhatus miti kanaf afaan dhageesun barsisuun gaaridha yaa dhigaa koo

  • @werkiyetefera8035

    @werkiyetefera8035

    3 күн бұрын

    Eyyeen dhuga keetidha ❤️

  • @AmerschTesfye

    @AmerschTesfye

    3 күн бұрын

    Dhugadha❤❤

  • @Tofik1388

    @Tofik1388

    2 күн бұрын

    Dhugaa keeti

  • @Nimo1tube_hoppenes

    @Nimo1tube_hoppenes

    2 күн бұрын

    Dhugaa dha ❤ oromon saffuu bekaa

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477

    @qalloowarratuulamaashaggar1477

    23 сағат бұрын

    Dhugaadha

  • @mohammedkelifa3280
    @mohammedkelifa3280Күн бұрын

    Oromoon safu qaba ,qaaniidha beekha yoom maati fuuldurattii waan hin taane dalaga

  • @Tofik1388
    @Tofik13882 күн бұрын

    Ani dhugaa rabbi dubbachuuf diramaan kun waan itti fuufu natti hin fakkaatu ana baayy'ee natti toleera jabaadha jechuu malee waanan jedhu hin qabu❤❤❤❤❤❤❤

  • @uaqdubai
    @uaqdubaiКүн бұрын

    Wow amazing 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @tophikjemal6541
    @tophikjemal65413 күн бұрын

    Bayyee namatti tola aadaa kenyaa mul'isuuf gaaridha

  • @amanawityedengellij3060
    @amanawityedengellij306016 сағат бұрын

    Ahunima hulum zeregna honoal fetari selamun yamtalin zeregninetin yatfalin😢😢😢😢😢😢

  • @foolleetentertainment9969
    @foolleetentertainment9969Күн бұрын

    Jabadhu 👍

  • @dawwiifayisaa6000
    @dawwiifayisaa600016 сағат бұрын

    Wow like godha please namati tola

  • @serkalemalemayehu2760
    @serkalemalemayehu276017 сағат бұрын

    በጣም ደሰ ይላል በርቱ❤

  • @MuseNaasir
    @MuseNaasir2 күн бұрын

    Woooow bartulin

  • @jibrilesmael950
    @jibrilesmael95010 күн бұрын

    afaan oromoottis hiikamees osoo hojjatamee bareeda❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-gz5rw9to5f
    @user-gz5rw9to5f13 сағат бұрын

    ድል ለአማራ ድል ለጀግናው ፋኖ❤❤❤

  • @Rahimaa-rn4jo
    @Rahimaa-rn4jo4 күн бұрын

    Wanii garii dhaa akaa saba fii sablamonii biro iraa barnii nufii godhaa oromonii utubaa hudetii❤❤❤

  • @yonatantadele631
    @yonatantadele6315 күн бұрын

    Birahnu workuu❤❤❤❤ጋላቶሚ🙏

  • @kkgg3509
    @kkgg35092 күн бұрын

    Afaan oroomoon irra nuuf deebi,aa

  • @ayantuu3956
    @ayantuu39565 күн бұрын

    Dhugaa harmeen oroomoo tatee ifaa bafamee hojatame yigarmal😢

  • @ObssaaKadir
    @ObssaaKadir9 күн бұрын

    Wanuma fedhe ha ta'uu video kun baye lallamu qaba dhuga rabbi

  • @beshaduadinew5050
    @beshaduadinew5050Күн бұрын

    Woow please ittii fuufaa

  • @TazebewTarekegn
    @TazebewTarekegnКүн бұрын

    Lela QuanQua sitetekemu. Tiregum yasefelegale.

  • @oromtittiiarsii9036
    @oromtittiiarsii90362 күн бұрын

    Bara oromoo aadaa ofii dagatetti oromi aadaa teenna jaalattee maashaallaa ❤

  • @dawwiifayisaa6000

    @dawwiifayisaa6000

    16 сағат бұрын

    Orma miti jaruma keenya isaan

  • @fozeadawwd4505
    @fozeadawwd450531 минут бұрын

    ኤርሚየ አተን አይቸ ነዉ የመጣሁት የኔ ኩሩ❤

  • @Alemtshayetola-vk6fp
    @Alemtshayetola-vk6fp4 күн бұрын

    Wow betam des yelal

  • @MuzeyenMama-wp6rt
    @MuzeyenMama-wp6rt4 күн бұрын

    Waaw des yemil dirama new

  • @lemisaf2
    @lemisaf2Күн бұрын

    Baayye namatti tolaa keep it 🥰

  • @warkedinagde5630
    @warkedinagde56302 күн бұрын

    Gaariidha garuu...

  • @user-hv7cz4kq1e
    @user-hv7cz4kq1e5 күн бұрын

    ኮሜንቱ በሞላ ኦሮሚኛ ነው የሚናገሩት ግን አማርኛ 🤔

  • @abyatarseyoum2769
    @abyatarseyoum27695 күн бұрын

    Baayee bareeda qophiin keessani❤❤❤❤

  • @user-dh5ge5pf2x
    @user-dh5ge5pf2xКүн бұрын

    Wwwww namatii tolaa nami

  • @sifaanlamaa4370
    @sifaanlamaa437015 сағат бұрын

    Oromoo Koo❤❤❤

  • @fitamekonen6665
    @fitamekonen66654 күн бұрын

    Amazing movie ya oromoko jebadha

  • @user-bj9qm1rm7n
    @user-bj9qm1rm7n2 күн бұрын

    🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏ቃላት የለኝም ለዚህ ፊልም እግዚአብሔርን ሀቀኛ ፊልም ነው ውይ 😢😢😢 yarabii koo nufii jiraadha waqayone esiine yaqareqaru galatoma esiine jaalatamitotaa 🙏❤️❤️❤️❤️❤❤❤❤

  • @darek1251
    @darek125110 күн бұрын

    Wow just wow \

  • @mohammedkelifa3280
    @mohammedkelifa3280Күн бұрын

    Kheessa kheessaan waan hin taane jidduu galchanii ,maqaa guddifachaatin waan biraa dalagaa jiru jarrii

  • @SiraajAJabbar
    @SiraajAJabbar2 күн бұрын

    ሹ ሃዛአ 😮😊🤌🤣

  • @WorkuBudema
    @WorkuBudema6 күн бұрын

    Wow Amazing 🎉😮 filmi ajaa,iba Oromon keessatti of arguudha fi of muldhisuudha

  • @user-dv6jh2lq8l
    @user-dv6jh2lq8l7 күн бұрын

    አሪፍ ነው በርቱ❤

  • @IRReTube
    @IRReTube12 күн бұрын

    Sirna guddifachaa haala kanaan hojjattanii dhiheessuun keessan gaariidha garuu gama tokkoon aadaa keenya irratti hojjachaa gama biraan waan aadaa oromoo keessa hin jirre keessa fiduun maaliif barbaachise fkn Mana dhugaatiitti dubartii uffata gabaabaa keewwattee waliin dhugaatiin machaawuun kuni aaduma oromooti moo akkami dhiifama garuu namni natti mufatu yoo jiraate Yoon dogoggore na sirreessaa

  • @Romentertainment2

    @Romentertainment2

    11 күн бұрын

    kanfuu ufata aadaa ufate baka sana dhaquu qabdii.hin mudamin qashtii

  • @SisayDiribsa

    @SisayDiribsa

    9 күн бұрын

    Dhiifama naaf godhiin ani siinan qeeqeen. 1 jedhanii 2 jedhuun! sadarkaa bareedarra jiruun anaaf.

  • @SisayDiribsa
    @SisayDiribsa9 күн бұрын

    I proud sadarkaa kanaan dhuyaachuusatti❤❤❤

  • @BirukTamerat-hr6kf
    @BirukTamerat-hr6kf19 сағат бұрын

    Wow ❤

  • @udrhz2021
    @udrhz202118 сағат бұрын

    Diruutii❤❤

  • @GcgDhdhu
    @GcgDhdhu7 сағат бұрын

    ውው ፍቅር ስላሴ❤❤

  • @abebonuguse6826
    @abebonuguse68264 күн бұрын

    Wwwwwww oromoo duruu jakanaaa bar😊😮😮

  • @yomefgirma
    @yomefgirma11 күн бұрын

    Keenya afaan banee taa'ee oduu qofa odeessa ormi seenaa keenya dabsee akka isaaf tolutti godhee hojjeta

  • @KufaShabiyo
    @KufaShabiyo3 күн бұрын

    Hojii garidha❤

  • @user-uj5pw7pj2f
    @user-uj5pw7pj2f2 күн бұрын

    Wow ❤❤❤

  • @GadisaTemesgen-qn3gm
    @GadisaTemesgen-qn3gm2 күн бұрын

    Baayyee bareedadha garuu afaan oromooti jalatti osoo barreefame gariidha

  • @Suhair100-if1vz
    @Suhair100-if1vzКүн бұрын

    ኤርሚዬ❤❤❤❤

  • @user-cq6qh2pj6f
    @user-cq6qh2pj6f14 сағат бұрын

    Mashaahall bayee namati tola ❤❤❤jabadha❤❤❤

  • @HammuudiiShaamil-mr4yw
    @HammuudiiShaamil-mr4yw5 күн бұрын

    Akkanatti adda fi seenaa oromoo barsiisaa deemun dirqama

  • @user-jm6jl4pj9w
    @user-jm6jl4pj9w6 күн бұрын

    Baayyeedha namatti tola. Galatooma!

  • @mideksoGemechu
    @mideksoGemechuКүн бұрын

    wow! me nu jajjaabadha

  • @ZenumusaZenumusa
    @ZenumusaZenumusa2 күн бұрын

    Woooow

  • @AhimadMuhammad-yx9un
    @AhimadMuhammad-yx9un3 күн бұрын

    🎉🎉🎉wowo

  • @MisaSt-hz8tr
    @MisaSt-hz8tr6 күн бұрын

    Ethiopia ❤ Guddifachaa ❤

  • @Genet800
    @Genet8005 күн бұрын

    Uuuuufee eyyuu namni akka koo gaaran siin hammate maaloo😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Kaa-fs6jf
    @Kaa-fs6jf3 күн бұрын

    Wawooo batam das bilonyal ❤❤❤❤❤❤ katilubat baay,ee naati tolera itti fufaa❤❤❤❤❤

  • @tig59905
    @tig5990539 минут бұрын

    ደስ የሚል ባህል ነው ግን አንድ አስታዬት አለኝ አፍን ኦርሞ ነሚናገሩት ፓርት ላይ ፕሊስ በ አማሪኛ በፁፍ ወይም በድምፅ ቶርጉሙት በተረፈ ምርጥ ስራ ነው 👌👏👏

  • @mariamnakayondo9442
    @mariamnakayondo9442Күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤Wwwwww akaam namatii tolaa dhugaa oromoo fi amaraa wajiin ojachuuf🎉🎉

  • @filembernegesse
    @filembernegesse4 күн бұрын

    Amazing one. Be like every one

  • @user-ol2cy3rf6r
    @user-ol2cy3rf6r4 күн бұрын

    ጀግና ነሽ❤❤

  • @gelanachulukehade6884
    @gelanachulukehade68849 күн бұрын

    Amazing idea❤

  • @adugnafetena618
    @adugnafetena61811 күн бұрын

    Wow wow thanks

  • @TigstBirhanu-lg8ym
    @TigstBirhanu-lg8ym3 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤wwwaa bayee namatii tolaa dhugaa ittii fufaa❤❤❤❤

  • @HalfiyaAman
    @HalfiyaAman8 күн бұрын

    Bayyee waan gaaridha kutaa hafanii fis abdiin isin eegganna jabaadha ❤❤❤

  • @LanieFufa
    @LanieFufa3 күн бұрын

    Wow just Wowoow ❤

  • @tewodrosdegefa8760
    @tewodrosdegefa8760Күн бұрын

    Galatoomaa warri kana qopheessitan.ታላቅ ምስጋና ይገባችኋል።

  • @Qwertyuiop-jn1hv
    @Qwertyuiop-jn1hv10 күн бұрын

    Wow namati tolaa adaa kenyaa haa baranii❤

  • @bontufeyisa
    @bontufeyisa3 күн бұрын

    Dhugaa dubbaachuf filmii Ajaa'ibati Itti fufaa

Келесі