Qophii Caayaa : Manni jireenyaaf awwaalli namaa maaf wal keessa ta'e? M/Shaakkisootti

Ойын-сауық

Qophii Caayaa: Manni jireenyaaf awwaalli namaa maaf wal keessa ta'e? turtii Kantiibaa Magaalaa Shaakkisoo waliin taasifame.
Kantiibaan Magaalaa Shaakkisoo Itti gaafatamaa Waajjira daldalaa magaalaa shaakkisootisii? bob'aa baarmeela kuma 6 xalayaa isaaniin baasisan.

Пікірлер: 258

  • @fayeranamo5480
    @fayeranamo548013 күн бұрын

    Bakka hundatti cimee itti fufuu qaba 🙏🙏🙏🙏

  • @FiqiruuAliyu
    @FiqiruuAliyu13 күн бұрын

    Kiwwi jechuun ammaa kaa itti cabsi gottaa kiyyaa jabadhuu 💪💪💪💪💪💪

  • @anumakun1193
    @anumakun119310 күн бұрын

    Great ! Bakka jirtanitti hojii guddaa hojjetaa jirtu. Rabbi isin ha eegu! Jabaadhaa! Mootummaanillee hojii gaazexessitoota kanaatti fayyadamee hoggantoota sirrii ramaduu qaba. Gaazexessitoota akkanaa jajjabeessuu fi badhaasuu qaba. Ummatnis ragaa qabatamaa irratti hundaa'ee odeeffannoo qabatamaa kennuu qaba. #

  • @GGU900
    @GGU90013 күн бұрын

    OBN sagalee ummataa akka tahu carraqaa jirtu jabadhaa qaxaleewwan sagantaa Caayaa🙏🙏🙏

  • @danealabdisa4749
    @danealabdisa474910 күн бұрын

    Irraa deebiin dhuftanni rakkoo magaalaa shaakkisoo gadi fagoon qoratanni akka inni furmaata argatuu,qaamaa dhimmi ilaaluu bira akka nuf gahu warra obn daballee isin affeeraa. Jabaadha

  • @user-vs8be9gs2y
    @user-vs8be9gs2y13 күн бұрын

    Heddu galatomii Qophiin caayaa namatti toltaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @baredinumer7423
    @baredinumer742313 күн бұрын

    Rakkoon oromoon qabu bakumaa hundaati waal fakaata.dr Abiyi waan kana irraati hojachu qaba.

  • @fadliinuru4603
    @fadliinuru46035 күн бұрын

    Mee Anwaar haa gafatu Gootummaa issa wlh Rabbii urmii haa dhersu ❤ Hatu hunda akkati dafqa Gura jal yasti ppp hunda

  • @jamaalshemustefa3744
    @jamaalshemustefa37446 күн бұрын

    Namichoon takkuma amanuu hin hedu isin jabadhaa itti mudda hojii bareedarra jirtanii

  • @jasminadam6601
    @jasminadam660113 күн бұрын

    Best program of OBN!

  • @RashaadTube
    @RashaadTube10 күн бұрын

    Nujela hin turina maalo Suusi Nut taatani Utu isin Eenu dafa kotta Galatooma Warra Qoppi Caayaa🥰👏

  • @mebredemis
    @mebredemis13 күн бұрын

    gaazexeessaan akkanaa OBN keessa i jira jedhee yaadee hin beeku ajaaiba

  • @urgesatulu2168
    @urgesatulu216812 күн бұрын

    Waan Ajaa'ibaati. Eessattuu Worri Waanuma ta'e sababa godhattanii Hattanii fi Hachisiistan Rabbi isin argaa Jira. Carraa isaatu dhiphata Hyunda wolgahuu baatus ta namaatiinis akkanatti dirretti salphachuun hin hafu waan ta'eef Waanuma gaarii hojjadhaa

  • @GennaHassen-nn4fg
    @GennaHassen-nn4fg13 күн бұрын

    Dhugaa rabbii obn omn caaltee na amana😅 obn jabaadhaa hojii gaarii hojjachaa jirtu

  • @aliyolenca9082

    @aliyolenca9082

    10 күн бұрын

    Caalu miiti iti hiu hin dhiiyyaatu media qammaadii😂

  • @YahyaJamal-cg5rz
    @YahyaJamal-cg5rz12 күн бұрын

    Thank you OBN❤🙏🙏🙏 Hogantoota caasaa nageenyaatillee nuuf gingilchaa🙏

  • @UmmuAmmar-zd6qz
    @UmmuAmmar-zd6qz10 күн бұрын

    Qabeenyaa ummaataa nyaate qufee bobokkokee dhufee ini kan waan nyaatu dhabbaa

  • @Bekeletesema-bz4hv
    @Bekeletesema-bz4hv12 күн бұрын

    OBN sagalee umataa kanii ta'ee keessaa sagataa caayaa qophii baredaa garuu yeroo keessaan hin gababataa garaa fuduraati sa'aati dabalaa❤❤❤❤❤❤🎉

  • @NejibAbrahim
    @NejibAbrahim8 күн бұрын

    Jabadhu jabadhu Rabbiin si ha gargaru

  • @wudegizawu3629
    @wudegizawu362913 күн бұрын

    Jabadhaa iti mudaa haatufi sobduu saxilaa💪💪

  • @NaserNaser-sz1sn
    @NaserNaser-sz1sn13 күн бұрын

    Jabadhuu Ilmaa Sabaa Hojii Bareda Hojatatu

  • @ChalaAbdi-s9g

    @ChalaAbdi-s9g

    13 күн бұрын

    best program the obn

  • @BedeluTeshome-oi3wz
    @BedeluTeshome-oi3wz18 сағат бұрын

    Debitanii dhuftanii jennee egu jiraa amaalee rakko baayee qabnaa nudeebia

  • @KiyaAsas
    @KiyaAsas9 күн бұрын

    maaloo adaraa waaqayyoo goodinaa wallaggaaa baha aannaa diggaa ganda arjoo guddattuu akka dhuftani nuuf gamgatan isinin jena keessayyuu dhimmaa daawa dhibee busa

  • @MergaMekuria
    @MergaMekuria13 күн бұрын

    Baqaaa ittii caabstee maata dhiraatti gazexxeessaa keenya

  • @AsumayilHarmonic
    @AsumayilHarmonic11 күн бұрын

    Magaalaa Adaamaa koottaa yaada ummata irraa fuudhaa

  • @delimedia4527
    @delimedia452712 күн бұрын

    OBN Sirriidha nuuf jabaadhaa Yaadii keessan sirriidha

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo741912 күн бұрын

    ❤EEGUMSAA YOOMUU hojiin Qajeelfama Mootummaan ala bayuu hannaatu bayyaataa Kanaaf hojiin applying ittisaa osoo Federalllii arginee

  • @hannaatube
    @hannaatube13 күн бұрын

    Sobduu fi hatuu umataa kenyaa qosuu ifaa basaa jabadhaa

  • @abenezerdana6695
    @abenezerdana669510 күн бұрын

    Firomsa Edema is a genius and smart leader his potential worth for federal positions proud !

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo741912 күн бұрын

    ❤Eegumsaa gzx OMN ogummaan gzx Gurrii seera Eegumsaa dubbii Qalbii akkumaa waraanaa ofii walii dubbaachuun dhorkii rifeensii Ogeeyyiin lola wayyaa😊

  • @RoobaaIbraahim
    @RoobaaIbraahim11 күн бұрын

    Dhugumatti OBN jabaadhaa qophiin Kun filatamaadha😂

  • @meseretararso824
    @meseretararso82412 күн бұрын

    Good job keep going.....

  • @FufaYadasa
    @FufaYadasa13 күн бұрын

    Gaazixeessa jabaa nama uummata keef itti muddii SI jaalanna

  • @SaladinAbdi-jc9lf
    @SaladinAbdi-jc9lf8 күн бұрын

    Haqa gujii Baga baafte

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo741912 күн бұрын

    ❤Mootummaan dugdaa Biyyaaf Kanaf Dhibee wi caqasuun injifannoo miseensa difficult .Nageenyaafis Sammuu yaaduu bakka deemuu Maanni Amantii beekuun Dirqamaa waraanaa qabeenyaa Lafa awwaalaa keennuu qofa kantibaan Shaakisoo .Biyyaa isinirraa barataa bara cufaa

  • @EbaEjersa
    @EbaEjersa13 күн бұрын

    E. jirattu caayan daandii baddiyya Ganda qorbatif shakiso kanale nuuf ilaala haadara

  • @betesebmedia1
    @betesebmedia113 күн бұрын

    dadhabaa gaazexeessaa ta'eeti malee kana caalaa romi'isiisuu danda'a ture seeran itti cimsee gaafachu qaba ture.

  • @DadachaBusawa
    @DadachaBusawaКүн бұрын

    Qopheessitoonni Caayaa Nuu Jabaadha Galata guddaa qabdu ummatarra.

  • @jamaalahmad9532
    @jamaalahmad953213 күн бұрын

    Jabadhu Anawar lammaffa

  • @BaaraDabarsuuf
    @BaaraDabarsuuf13 күн бұрын

    Godinaa oromiyaa keesaa jiruu hundaa biraa gahuu qaba umanii bakka jirutii rakko hamtuu keessaa jiraa.

  • @lydiabooji4772
    @lydiabooji477213 күн бұрын

    😂🎉Try to focus in the out come of the job!!!

  • @EbaEjersa
    @EbaEjersa13 күн бұрын

    Beeki shakiso jechun lafa maaqan akka New York olkae deemu gaaru ummani qulqullun akkana daandii, balfa wal jirata laala cubbun ummata shakiso akkana isin salphisti

  • @sharafudinyusuf5696
    @sharafudinyusuf569613 күн бұрын

    Barsisan jarsa fi jartidhan yoo jirate lafa mataa matan yoo argatan mal rakoo qabaa❤❤

  • @youtubeyassinadem
    @youtubeyassinadem12 күн бұрын

    Jabbadhaa ijaa ummatatti isiin

  • @user-hq8lz9kx5g
    @user-hq8lz9kx5g11 күн бұрын

    Itti muddi. Ganttuif hattuu..ganamaaf.galgalaa.haadha.hiiyyee.ssaa mooching sani😢😢😢😢😢😢😢.

  • @JorjiAljorji
    @JorjiAljorji11 күн бұрын

    Jabadhaa haala kanaan demnaan sagalee humataa ni tatatuu

  • @mamaatiyaaa7566
    @mamaatiyaaa756614 сағат бұрын

    OBN waan akka hojataa jane yanne beknu dhuga dubachuf

  • @ChalaSuufaa
    @ChalaSuufaa12 күн бұрын

    Ijoolleefhan herrga busiin,Kan qopheesi Kan mirkaanesse Kan jedhu hattuu waayii.Namni bishaani nyaate hummeecha qabatan jedhee Oromoon.

  • @sadiyekonjotube8812
    @sadiyekonjotube881210 күн бұрын

    Ulfadhaa jiradhaa hujii bonsaa hojata jirtaani oso duraa akkana hojataani maalif isin komaanaa umataa kana waani garii yoo hojataani umaani isin jalata yoo waani hin jiree umataa irraati odesitaani isin komaanaa jabadha hojadha obn!!

  • @user-bf5ff9us8v
    @user-bf5ff9us8v10 күн бұрын

    Rabbiiti yoo himane wayyaa tarabbiitu caalaa

  • @ElyasAbdulqadir
    @ElyasAbdulqadir8 күн бұрын

    Hattuu rabbi hin baasin

  • @abuwelding6835
    @abuwelding683512 күн бұрын

    Qorichi magaala shaakiso gahaa galaa garuu abbaa dhunfaatif gurgurama

  • @Mahamed-my4su
    @Mahamed-my4su12 күн бұрын

    OBN nice 👌

  • @Amin-cg9fx
    @Amin-cg9fx12 күн бұрын

    Team dr Abiyyiif qeeroon lubbu offii kennanii jijjirama fidanii , hojjatootni manneen hojii abba dhimma siriitti tajaajilaa hinjiranuu. Maalif gufuu ummataaf jijjiiramaa ta 'a jiruu?Dubbiin kun gadi fageenyaan haa qoratamu, haalli jiru akka ummatni mootumma jibbu godhaa jiraa.

  • @hshshshshshsh4959
    @hshshshshshsh495910 күн бұрын

    atu akan tnatu biyaa balesa jiraa jabadha

  • @itamirtariku3002
    @itamirtariku300213 күн бұрын

    dhugaa dubbaachuuf OBN akka Daawatamuuf qophiin caayaa taphaa guddaa taaphatee jira. kun Goodinalee oromiiyaa hunduumaati utuu babalatee hawii uumata bal'aa kanaadha.

  • @user-pj2od7wq5v
    @user-pj2od7wq5v13 күн бұрын

    Itti muddii leenca koo❤❤❤❤❤

  • @omerahmed4255
    @omerahmed425513 күн бұрын

    Osomaan ijaan arguu kana waakataa namichi

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar147713 күн бұрын

    Anowar 2ffa atis jabaa akka isaati jabaadhu saba keetif dhugaa jiru dubbadhu Kan barumsa hin qabne hundatu oromoo koo nyaacha jira ilmaan oromoo inni barumsa gudda qabu beekumsa qabu hojii dhabeeyyi ta'e ta'a nama hasaa'a illee hin beeknetu kantiba ta'a ayiii dudaa nu bulcha jiram Gezexeessaan kuni natti tole qabi hattuu oromiyaa heyyoomsite tan tan

  • @anoleeshow7866
    @anoleeshow786613 күн бұрын

    Ijoolleen jedha maali jechu isaati 😊

  • @RomanRoman-vj5xz
    @RomanRoman-vj5xz13 күн бұрын

    15:00...Trash everywhere oh my god, this truly dangerous. Thank you brother for exposing them. This guy should never be a leader. They should never approve housing before making sure they have place for waste management. The fact he said 3 months to remove that trash is very disturbing. They need to remove immediately.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo741912 күн бұрын

    ❤Albuudaafi Energizes koottaa Mandisoonnii Gummi Gummi hawaasaa gzx wal dhageeffachuun riqicha barnootaatinI/A/M/N/O Santu seera mana ergimee gzx Dr Awwaluu Qabdii Umar Usleeyimaan deemsis Seenaa hojii ida'amuun milkii horaa

  • @user-fr9ld8vl6c
    @user-fr9ld8vl6c11 күн бұрын

    Dhugaa qophii caaya kun torbanitti natti fagaata jaalala isa caqasuu fedhu

  • @AdamEjigu
    @AdamEjigu12 күн бұрын

    Middiyaan caayaa magaalaa naqaamtee maaliif deemuu sodataa raakkoon ulfaata jiraa

  • @shawaliyaaa
    @shawaliyaaa12 күн бұрын

    Wanti guddaan OBN hojjataa jiru tokko yoo jiraate hordoftoota bayyisaa jirtan ans dabalatee jabaadhaa

  • @BakarMusa-xo8yo
    @BakarMusa-xo8yo13 күн бұрын

    Welcome ❤❤

  • @sadaafuraa
    @sadaafuraa13 күн бұрын

    Lebbaa dhugaa oromotini gabatee

  • @Suusiyye
    @Suusiyye13 күн бұрын

    Kkkkkk yoo hojjatan akkanati dhugaa rabbiii fayyaa argadha dhugaa hawasaa baastani hattuu aangoo riqicha godhatani ummata saaman salphisuu kessanif

  • @hshshshshshsh4959
    @hshshshshshsh495910 күн бұрын

    ኡነትም እግ ካለ ለእግ ይቅረቡ😢😢😢

  • @turugetachew-dq3pt
    @turugetachew-dq3pt13 күн бұрын

    Adaamaa keessaalee nuuf qulqulleessa maaloo gurgurtaa Lafa Adaamaa

  • @Suusiyye
    @Suusiyye13 күн бұрын

    Ijjoleen tami immoo🤔?! Ijjoleen maal gooti biiroo kessa ijjooleen qee'ee maati egdi male 😂😂

  • @wudegizawu3629

    @wudegizawu3629

    13 күн бұрын

    😂🤣🤣

  • @dhidheessatube
    @dhidheessatube13 күн бұрын

    Akkasi mataa dhiiraa baga itti cabsite baga jiraattan erga jiraattanii wanni awwalamee waan baayyee waan taheef gara bulchiinsa magaalaa magaaddoo akka gadnuuf buutan kabajaa fi jaalalaan isin gaafanna!!!!!!!????????????????????

  • @getachewrobe1916
    @getachewrobe191613 күн бұрын

    Firoomsaa nama haqaati. Rakkoolee amma jiranus hiikuuf yeroo itti fudhatu. Ogeeyyii qophii Caayaa galata argadha.

  • @destishabdojata8434
    @destishabdojata84347 күн бұрын

    Ijoollee ijoollee ijoollee😂😂

  • @user-be4pt1kw4q
    @user-be4pt1kw4q13 күн бұрын

    Thank you warra obn baayyee gaarii dha Ani garuu akka koottii godinaa wallaggaa bahaa magaalaa naqamatee jalaa giddaa ayyanaa karaa ukkee deemuu nu ilaalaa caayaa keessan maaloo maalooo namni tokko konkollataa qarshiin isaa dhibbaa yoo ta ee yoo ta ee dhibbaa shaan fuudhu please

  • @IbsaAliyi-hu4oc
    @IbsaAliyi-hu4oc13 күн бұрын

    OBN caayaa Mee hararge lixaa magaalaa Baddeessaa nuuf dhaaqa hospital magaalaa Baddeessaa

  • @YASINTUBE230
    @YASINTUBE23012 күн бұрын

    OBN hojii garii jirtani magalaa hunda kesaa demaa lala wowo

  • @feyissadaka6349
    @feyissadaka634913 күн бұрын

    Itti cimsi goota keenya warri hattuun waan odeessitu isaan wallaalchisaa jira.

  • @LawofGod
    @LawofGod12 күн бұрын

    I missed It ! Omg . love this show . He is a lazy leader ! Get rid of him ! He is a liar 🤥

  • @MesfinMerga-y2q
    @MesfinMerga-y2q13 күн бұрын

    Obn caayaa my favorite pr

  • @Biliman7
    @Biliman77 күн бұрын

    obn👍 jabadhaa

  • @musaahmed6305
    @musaahmed630513 күн бұрын

    Magaalonni Oromiyaa hundi Rakkoo wal fakkaataa keessa jiru Bulchoonni mootummaan Muudee achi kaaye harki caalu ufirratti dalaguu malee kan magaalaa irratti dalaganii Misoomsan hin jiran jechuun hin danda'ama Mootummaan Criteria akkamiitiin akka isaan Muudu Rabbi haa beeku

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo741912 күн бұрын

    Namni Fedha ofiitiin Kessssi iaa yoo nama garggaarree Hojiirraati rakkoodha Mudannon ittisaa dhaloota baka Kabajaa abbamatu Eeggamaa

  • @sadiyekonjotube8812
    @sadiyekonjotube881210 күн бұрын

    Worotaa hatuu akkana qabdaani imo bakkaa gaya hordofa male karaa hin dhisinaa hadara dhumaa isaa argu qabnaa isin hordofnaa kesaatu daba woraa Shashamane iraati hojatamee

  • @HailuHailu-sx3ud
    @HailuHailu-sx3ud9 күн бұрын

    Yaa oromoo lakki uummata keessanifi hojjadhaa yaadaa maaloo hundumtuu nidarbaa kana booda uummata saamaa jiraachuun hidandda'muu

  • @misayekebede-qm7kv
    @misayekebede-qm7kv12 күн бұрын

    Adaamaan Roobe natti fakkaachuun ammuma jedhe gurbaan.

  • @user-rx6mc3vp9n
    @user-rx6mc3vp9n11 күн бұрын

    Jabaadhaa

  • @user-rs9um2co5j
    @user-rs9um2co5j9 күн бұрын

    Namichi sobduudha mee rabbii jedhaa qamuma isaatiifi barsoisotaa i'aalaa???

  • @MohammedAhmed-dg7ee
    @MohammedAhmed-dg7ee11 күн бұрын

    VIVA 🎉🎉🎉🎉🎉🎉OBN

  • @user-zl1rb4ir9f
    @user-zl1rb4ir9f13 күн бұрын

    😳😳😆akkam soba

  • @manhalam4141
    @manhalam414113 күн бұрын

    Taneen akka sangga nyataani furdadhu male hojii motumma sirnaan hin hojjatani sangganileen faayidaa qaba gaalii siif galchaa taneen miskina midhu maale faayidaa hin qabanii kaasa nurra!

  • @rosaabanega1572
    @rosaabanega157213 күн бұрын

    Akasiti itti cabsudha kuno dhugan bahu qaba😊

  • @MohammedAhmed-dg7ee
    @MohammedAhmed-dg7ee11 күн бұрын

    Hojmaatni idduma hundatti faca'e jarana

  • @user-bf5ff9us8v
    @user-bf5ff9us8v11 күн бұрын

    Aduun haaqa bulte bati ittii cabsaa goota koo

  • @DanbalaaUddoo
    @DanbalaaUddoo10 күн бұрын

    Ifirraa dhoggadhu firoo woca isaa dhugaa jirtu tasgabbaa'ii deebii itti kenni

  • @DaniKebede-bm5ds
    @DaniKebede-bm5ds13 күн бұрын

    Namni marti waa'ee fayida dhunffaa iffi dhubata jira caayyaanile gura shakiso dhaga'uu hin dhabine shakisonis akka dhageya dhufte hin jirtu kanafu cayyanis musuna fudhate jira male rakkoo shakiso ossoo nama hin gafatini biku hin danda'a ture ossoo dhandhame irraa dhebiame ossoo lalalame jedha yaada dhunfa kiyyaa ossoo hin taane kanama marati

  • @alemayehuberhanu8446
    @alemayehuberhanu844612 күн бұрын

    Qorichi Million 4n bitame ni gurgurama, qarshii gurguramu saniin deebisanii bituun ni danda'ama ture

  • @adomadom7497
    @adomadom749712 күн бұрын

    OBN obbooleessa OMN ta'eraa

  • @KamilTemam-xb7zt
    @KamilTemam-xb7zt13 күн бұрын

    itti muddi hattuu ijji ishee habahu

  • @MohammedAhmed-dg7ee
    @MohammedAhmed-dg7ee11 күн бұрын

    Waldayaan ijaaranii nu sobanii Turan birrii keenyaas dhabne koottaa nama akkas nugodhe nuuf gaafadhaa nutis

  • @user-zd9ul1nl2oAbee
    @user-zd9ul1nl2oAbee13 күн бұрын

    Kiwu jechun amaka lakki sumati sobe male ijolen akamiti dogongorti😂😂😂

Келесі