Caayaa Dhimma Barnootaa Oromiyaarratti Dr.Tolaa Bariisoo maal jedhan.

Ойын-сауық

Qophii Caayaa turtii Hoogganaa Biiroo Barnootaa Dr.Tolaa Bariisoo waliin taasifame, dhimmi qulqullina barnootaa, keessattuu qabxii barattootaa, dhiheessii kitaabaa imaammata barnootaa haaraan wal qabate ka'eera.

Пікірлер: 355

  • @roobaagarbii9973
    @roobaagarbii99738 ай бұрын

    Sagantaa kun adda cituu hinqabu garuu Dabballeen shira akka sittin xaaxne eggadhu malee Saganataan akkana Aljaziraa fa'arrati beekama nubirallee gayuun baye'ee bareedadha Jabaadhu guddaa sidinqisiifadha jabina keetiuf❤❤❤❤❤❤

  • @SiifanFamily-gn5fn
    @SiifanFamily-gn5fn19 күн бұрын

    Worri OBN mucaa kichuu kana nuuf jajjabeessaa atis rabbiin kadhu of aggannoos godhi qaalii keenya.rabbiin si haa eegu sanyii koo ❤❤❤❤❤❤❤

  • @sisayabayneh8442
    @sisayabayneh84428 ай бұрын

    Such great journalists are true eyes and ears of the public and provide hard facts for people-centerd accountable government.

  • @SalaahdiinYusuuf-dg4xl

    @SalaahdiinYusuuf-dg4xl

    5 ай бұрын

    Really you're right The best of the best journalist.....he is a smart

  • @SiifanFamily-gn5fn
    @SiifanFamily-gn5fn19 күн бұрын

    Ati nama akkan barbaadamaadh Anwar hamtuun sin arkin jajjabaadhu kana caala cimii❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @jemalgelchu669
    @jemalgelchu6698 ай бұрын

    Anuwar , I wanted to take a moment to express my sincere appreciation for your outstanding work as a journalist. You’re consistently exhibit a high level of professionalism and a keen understanding of the subjects you cover. Thank you for your valuable contributions to journalism.

  • @abdiihajjiiofficial5370

    @abdiihajjiiofficial5370

    3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤Biiroon Barnootaa barannuu Akka fayyaattii Eegumsaa biratti hafee dhibeedhaka Mee Rifaatuu hawaasaa fi Mootummaa naaf argii.maashaa'allah yeroon Geejjibni dhorkaa

  • @Fayera.Eshetu
    @Fayera.Eshetu2 ай бұрын

    anuwaar nama jabaa qaroo Oromoo baay'ee si jaalanna itti jabaadhu

  • @ibsaahmedyusuf3645
    @ibsaahmedyusuf36458 ай бұрын

    Gaazixeessaa Anawaar Jamaal dhugaan gaazixeessaa gahumsa qabuudha. Gaazixeessonni marti akkuma isaa kana sagalee ummataa osoo tahee gaariidha.❤❤❤❤

  • @UkaashaaAbdulqaadi
    @UkaashaaAbdulqaadi7 күн бұрын

    Anwaar namaa kanaa oromoo nuuf jabaadhuu

  • @gamechirisadugo1908
    @gamechirisadugo19089 ай бұрын

    Wonderful ful anuwar keenya nuuf jabaadhu akka .malee buxaneessaa turte itti mudi

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤Deebii UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb Dhibee yaadattii dhufuu gurruma lolaa ijaarsa Dr Tolaa Bariisoo international fayyaan ifaa gzxArrabnii

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤Humna namaa malee Rakkoodha Buoyed Bulchiinsa lafaatiin Bultiinis amiin yaarabbii Minister barnootaa

  • @maateekitata253
    @maateekitata2539 ай бұрын

    Wow!!!Bravo bro I like it!!!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤iija manarra dhorkii Humni dhageeffatu fayyaan dhiifamaa kan barsiisuuf ni argaa Kan eeguu dhibee ni dhagahaa seeraa waraanaa

  • @maateekitata253
    @maateekitata2539 ай бұрын

    lubbuun ke haa bulu bro akkaataan gaaffii keeti baayye natti toleera dhugaa dubbachuuf. Galatoomi Guddaa.!!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤Hanggaa Ammaar aswrwb laftis riqicha barnootaa of barsiisaa yeroo keenyaa Eegumsaa johar Muhammad

  • @user-ei9qt8ts5i
    @user-ei9qt8ts5i8 ай бұрын

    Jajjabadhu obolesa kiyya ❤️ nama jabaa oromon qabdu kessaa tokko gazaxessaa kana ♥️ nuuf jabessa warri obn❤

  • @shawaliyaaa
    @shawaliyaaaАй бұрын

    Ayii Anuwarisha "Maaltu maal ta'eeti" jetteeni waanuma dhugaati beekhi thanx bro

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤mee gaafadhuu gzx Tolaa Bariisoo maaliin gola waraanatii bahrani deebi'ee gzxLeensaa arrabni humni dhageeffatu gaachana

  • @user-ci7jp2bg7g
    @user-ci7jp2bg7g4 ай бұрын

    Jabaadhu sanyii koo good job!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤kufaatiin Biiroo Barnootaa Eegumsii jiruu Beekumsii bakka yaaduu bakka deemuu Sammuun Eegumsaa hawaasaa dhibeenis mootummaan qabeenyaa wal'ansaa

  • @WabiiOromiaa
    @WabiiOromiaa8 ай бұрын

    Akkam jirtuu Godina Jimmaa A/Oomoo Naaddaa Ganda Tolii sabbataa irraa qophiin caayaa baay'ee natti tolee qophii akkaanaa qopheessuun keessan baay'ee gammanneerraa jabaadhaa.

  • @husseinmohammed992
    @husseinmohammed9929 ай бұрын

    Hamman obn tahuu shakkuun tahee Tanks dear bro

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤Dr Quick Qulqullina barnootaa bifa kamiin forum yaaduu bakka deemuu hojii nyaataanis ilaallee

  • @DerejeTeferi-tv8md
    @DerejeTeferi-tv8md4 ай бұрын

    Jabaadhu Anawaar Leenca Oromiyaan Deesse!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤Fayyaan Gzx Mirgii ni ibsamaa Dr ilillii jemal dhorkaadha

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤gurriis Eegumsaa ubbii gzx Ija malee deettuuree Dubarttoon bakka mallaszenawii itti rifatee gzx

  • @shibruadam1687
    @shibruadam16879 ай бұрын

    WOW keep it up i like it

  • @HaarisonHkm
    @HaarisonHkm8 ай бұрын

    Anewar jemal waan bareeda hojjachaa jirtaa jabaadhu ilma Abba gada

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤www waan fayyaan waraanan judge Lafa ofii cultural center gzxAyyaanttuu Tulluun nafa ofii Mootii Lubbuu onnee Gaaddisaa dhibeep❤ wal'ansaa loontu dubbii galaa

  • @HaaAmaan
    @HaaAmaan9 ай бұрын

    hard talk@OBN, good start go a head

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤ yaadaafi Qalbiinis Eegumsaa gzx akka waliin hin dubbaannee biyyaa biyyaa teettuus Eegumsaa kufaatii Biraanuu Naggaa Eegumsaa Eegumsaa dhufnee

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤Jala nurses Beekumsii Eegumsaa dursii fayyaan dhibeedha wal'ansaa CNN international congratulation

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤Gidduu kenyaa hawaasni riqicha Biyyaaf biyyeettiis du'aa dhoksaa obbolummaan Gaaddisaa

  • @debelawakwoya1423
    @debelawakwoya14239 ай бұрын

    Dr Tola si kabajna,si jaallanna.jabaadhu.qulqulina barnoota akka biyyaatii fiduuf.isa waggaa 2 boodaa dhiisiiti guyyaa lama booda karoorsi

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤yaannii gzx Dubbii yeroo sanii malee boruu Gurmmeessaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤Qorumsii Duriif Eegumsaa har'as Beekumsii ifaa jibbis ifaa Saamicha Beekumsii gurriis yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi dhibeedhaa.kanafaa namarraa dheessuu ifa garuu gurriis Eegumsaa UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb yaada waliti qabaannee

  • @jemalsemano4093

    @jemalsemano4093

    9 ай бұрын

    hi

  • @odatube9936
    @odatube99369 ай бұрын

    Jabaadhuu leenca keenya Anwaar

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤kufaatiin Eegumsaa fi Beekumsii maatiin dhufee Mootummaan Qabeenyaa ittii yaadii argii ilmaaniin Beekumsii Eegumsaa Barsiisaan dhagayaan

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤Harkii seera barnootaa hin faarsuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤❤gola ofii itti argadhee Iccittiiin ilkaan mooyuu kolfaan dugdaaf Teessuma lafaatiin riqicha teettuus Eegumsaa

  • @SINGITAAN
    @SINGITAAN9 ай бұрын

    Oromoon bar dhiiraa akkaasi qabaa saree saree nyaattee godhee gzx ❤❤❤❤❤❤❤ umurii nu dheeradhu dhukkee irraa kaftee akkas obn amma dhuma dhaggeeffadhee beekuu har'aa malee dhiira ko jabbadhuu onnee ma keerra dubbattee❤❤❤❤❤❤❤❤ keessaa ko dubbaattee gzx gallattommi❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤Nyaannii wabii Minister barnootaa kanaaf Dadhabinaa Ogeeyyiin fayyaa yeroo Deemsis kaleen hatamee hinarginee gurriis Eegumsaa waraanatu fagaatee Eegumsaa dhagahaa

  • @mamaamiyo5141
    @mamaamiyo51419 ай бұрын

    waan gariidhaa jabadha woora caayaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤ Beekumsaa nama nama/hawaasa barsiisuuutuu irraa Mul'atuu Haqa biyyaatii. Kan ofumaa of barsiisuu Teessoo arginee diina kanaf Qophiidha gurriis Eegumsaa kiyyaa😊

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤kisaaraa seeraan Fayyaafi waraana gidduu ilmaaniin Beekumsii Eegumsaa Eegumsaa Tolaa Bariisoo

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤❤Eegumsaa sagalee keenii Amshiir seerrii ifaa Barattootni Barattootni Jaarraa garattis mariin ifaa gurruma Abbaa/haadhatii biraadeemnee jechama Taaddee Birruu mandisni Argii jiràdhuu BILISUMMAA JECHAMA NELSON MANDELA .AKKAA BIYYAATU YAADII ARGII AKKA NAANNOOTII WALUMAAN JANNAATAAF HOJIIN APPLYING JECHAMA DRABIYYII AHMED DUBBISI DR IJAARSA LAMUMMAA INJIFANNOO

  • @user-dw5yd2rt9v
    @user-dw5yd2rt9v4 ай бұрын

    jabaa koo hojiin kee baay'ee nama boonsa dhugaa siin jedha🥰🥰🥰🥰🥰

  • @user-xl8ek6ke2u
    @user-xl8ek6ke2u8 ай бұрын

    You are great person keessaa naqi akkasitti

  • @SaladinUsmail
    @SaladinUsmail9 ай бұрын

    Rakkoo hogoonttotaa siyaasa fii waraa biyyaa bulchuuu gaara moraa barnoota oso taane moraa waraana akaa galaniif kun dalagame Anuwaar kenyaa nuuf jabaadhu ittii fuufi guyyoo wariyoo lamaafa ❤💚💚💚👈

  • @sisayabayneh8442
    @sisayabayneh84428 ай бұрын

    What a great journalist!!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤gzx Osoo hubannee Hawaasaa fi mootummaawalitti buuftee We organized ida'amuun wework Eegumsaa shiksaa Dhibeerraati fira dhabee

  • @TolaChaka
    @TolaChaka3 ай бұрын

    Anawaar mare namati jabadhu

  • @duresawaritu
    @duresawaritu9 ай бұрын

    Good job .voice of people

  • @shelemalemi5081
    @shelemalemi50819 ай бұрын

    Thanks Gaariidha waan dubbatamuu qabu

  • @ImaanAbduraman-ks6fm

    @ImaanAbduraman-ks6fm

    8 ай бұрын

    Maal jechudha

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤gaafa Eegumsii qaamuma bira jiruu osoo arginee kufee Odeeffaannoogurriis zinnaash dugdaa Fayyatu dhagahaa kana Addaan wal hinaaffaan coordinate

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤mallaszenawii jechaa seeraa baann cufee Maqaa arginee lola kaabaa Getacho Reda maliif lafti Eegumsaa waraana jeequmsaaf dhufee hin arginee Lafti dukkanaa kan irraa du'ee osoo beekee sila ani barsiiftan du'aa

  • @asteriasteri2969
    @asteriasteri29699 ай бұрын

    Anwer rabbi umrii dhertu sifi haa kenu 💪❤

  • @asfawdese7123

    @asfawdese7123

    9 ай бұрын

    Kan nama qaanessuu garuu BBO bara 2014 ttii biroolee oromiyaa keessa raawwii olaana tiin madaalamee badhaafamee ture. Kun iffatti deebi'uu qaba. Intiative pirazidaantiitiin kzn gaggeefamuu manneen barnoota ifa boru ijaarameen ala .... qulqullina barnoota fooyya'uu mitii gadi deemaa akka jiruu hubatamuu qaba.

  • @Hintaau124
    @Hintaau1248 ай бұрын

    Yoo abdii namaa ta,uu dadhaandee hamiilee namaa hin tuqiin doctor toolaa and biraanuu nagaa😭😭😭😭😭😭

  • @user-qs9lp4nq2j
    @user-qs9lp4nq2j3 ай бұрын

    Jabadhu anuwar Kenya umari siha dhereysu

  • @MustefaAgeyu
    @MustefaAgeyu8 ай бұрын

    www nuuf jiradhuu guyyoo lammaffaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤Seerrii barnootaa akkuma onnee ijallee Yaadarraa minister barnootaa Minneapolis based ni argaa kan barsiisuuf Beekumsii kan eeguu ni dhagahaa Marshaal fildii Biraanuu DJbout dhibeenis Nageenyaa

  • @mohammedfeyiso9753
    @mohammedfeyiso97539 ай бұрын

    Dhugaa anawaar gaafii namoota heeddu keessa jiru gaafatte. Jiraahu ilma sabaa.

  • @user-uf6eu2om1m
    @user-uf6eu2om1m4 ай бұрын

    Anuwaar, Dr Tola Barisoo, ijjoollee isaa eessatti akka barsiisuu nuuf gaafadhuu.

  • @TekalegnKitila
    @TekalegnKitila4 ай бұрын

    Ani kanan jedhu, namichi kun Hooggansa Biiroo barnootaa Umriisaa guutuu hoogganamoo? Isa namni barateeru hin jirumoo maalif hamma gaafa du'uutti hoogganaa inni? Ergan of baree isumatu biiroo Barnoota Oromiyaa Hooggana. Ani kanan jedhu, namichi gaafa du'uyyuu achuma keessatti owwaalama jedheen yaada. 😢😢😢 Namni kun hagam dadhabaaf wallaalaa akkamii akka ta'e afgaaffii kanatu naaf ibse. Namni komii uummataa hin fudhanne, akkamiin biyyatti gara qaroominaatti geessa jedhee sammuunkoo amanaa? OROMIYAA 😢😢😢😢😢😢

  • @sisayfikadu2158
    @sisayfikadu21589 ай бұрын

    Thank you so much!!! Keep it up such like interview!!! Guddaa galatoomaa!!!

  • @MamudMieso-wi8vr

    @MamudMieso-wi8vr

    8 ай бұрын

    Thanks so much 🙏🙏🙏🙏

  • @yadetahunderatube
    @yadetahunderatube13 күн бұрын

    Ofikeyyuu ottoma hin baratiinii dhaqaxeta natti fakkata sababnii isaa waan namaf yaãdüü hin dandeenyeef

  • @magi62
    @magi628 ай бұрын

    Qormaatni adda addaa bahuu akka qabu miti gaaffiin isaa, qophii walfakkaataa jechuuti, gaazexessaa ogummaa cimaa qabu dhiibbaa siyaasaa jalas waan jiru miti Galatoomi

  • @EsmailAbduRahman
    @EsmailAbduRahman8 ай бұрын

    Anawaar You are really legend.

  • @user-vg2vh6gw7s
    @user-vg2vh6gw7s6 ай бұрын

    Osoo B/saan Mana Kiraa Galuu osoo Barataan kitaaba hin Qabne Qulquliin Barnoota Galmaa Gahaa ?

  • @famitofik
    @famitofik8 ай бұрын

    ❤I appreciate you gaxesa

  • @mohammadnuurtube4630
    @mohammadnuurtube46304 ай бұрын

    Jabadhuu osoo akkaa atii sabba ketii hojatuu oromo hundii hojatee qataa laftii nuufii baritee

  • @user-qn6oz5wr5y
    @user-qn6oz5wr5y9 ай бұрын

    Namichi yaada kennee kuun Bayee wan hanqii hojjete

  • @damekeamente4366
    @damekeamente43669 ай бұрын

    I love you journalist

  • @dabalatsagaye1119
    @dabalatsagaye11194 ай бұрын

    Aniche nu jiradhuu dhiraa oromoo👍👍👍👍

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤Rabbiin gidduu keessaaniifi hawaasaa haatiksuu Gaafa Sinodosii Oromia Oromia sirraa eegnee gurriis Eegumsaa Lolaa ijaarsa fira argaan Barsiisaan

  • @AbdurahimAmiin
    @AbdurahimAmiinАй бұрын

    ❤❤❤❤ ittii nuuf haa fufuu

  • @AnnoyedBike-mi8lc
    @AnnoyedBike-mi8lc3 ай бұрын

    Jabadhu Anawar jamal kan akka ketii kana oromon heduu osoo qabate foyyoftee

  • @teklekumera8097
    @teklekumera80978 ай бұрын

    You are really Journalist

  • @alioromedia9528
    @alioromedia95289 ай бұрын

    Dhugaa Dubbachuuf Mucaan kuni Dhuguma Gaazexeessadha Dr Kosii godhe😂😂😂😂😂😂😂

  • @user-zq9ui9iz9g
    @user-zq9ui9iz9g7 ай бұрын

    My great astonishment for this journalist who checks inside the home of the heads

  • @taditti
    @taditti9 ай бұрын

    Dr. Tolaan hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaarra waggaa dheeraaf hojjetaa jira. Kufaatiin barnootaa naannoo kana keessaa sababii isaatiin taha! Hatattamaan aangoo kanarra kaafamuu qaba!!

  • @girmeno12
    @girmeno129 ай бұрын

    waan salphaa kitaabuma barattootaa,walqixa mannen barnootaf hin laatamu,jara sobaa

  • @ahmedsanihamzaahmed339mone
    @ahmedsanihamzaahmed339mone5 ай бұрын

    Jabaadhuu jabaa nama

  • @asteriasteri2969
    @asteriasteri29699 ай бұрын

    Gazexesa obn god jabdu rabbi si haa gargaru dhuga dubate

  • @JemalEgu
    @JemalEgu2 ай бұрын

    Rabbiin umrii kee si haa dheeressu Anuwar jemal

  • @SINGITAAN
    @SINGITAAN9 ай бұрын

    Very nice gzx dhugaa kookeetii qabdee gaaftee 😂😂😂😂

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤Dr Biqilaa Guyyoo fi Dr Abiyy Ahmed DrugIlkaaniin arrabni gzx hin darbinee Dr lia Taddasaa fayyallee kufee mallaszenawii study humanity Dr Biqila Hirribaa Barattootni ammas Eegumsaa Eegumsaa asumaan du'atasa feeneet Alamayyoo yadannoo dhalootaa

  • @user-ep3ni1jl5g
    @user-ep3ni1jl5g9 ай бұрын

    Nice Anawar Kenya baga nurra buquftee

  • @hundessadekeba7678
    @hundessadekeba76789 ай бұрын

    Hoogganaan biiroo barnootaa Akkanatti Yaadun Qaanii Guddaadha.namichi kun waan hojjatu beekaa silaa.bars darbe in yaadattu yoo ta'e barattoonni social ciccimoo miti kanaaf kufani

  • @ArifAbdelkadir-xe4mh
    @ArifAbdelkadir-xe4mhАй бұрын

    Dhga jettee jabadhu haaluma kanaan itti fufi

  • @fuadaliyi8770
    @fuadaliyi87704 ай бұрын

    Bakka Horiin Hin Bulin Faltii Barbaadu Hhhhhhhhhhhhhh Exact Bro

  • @gadissaterecha5915
    @gadissaterecha59159 ай бұрын

    nama farrajuun amala Namicha kanaati waan ta'eef Aannichoo,

  • @ademmohammed8135
    @ademmohammed81355 ай бұрын

    Anwaar great man

  • @abushmohammed4356
    @abushmohammed43569 ай бұрын

    Midiyaa fakachuun amma❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ut3co3ew9v
    @user-ut3co3ew9v9 ай бұрын

    Dr Tola Bariso Mal hasoftu isin wa'e mana barnota ijartan qofa hasoftu isino

  • @nasrudina7828
    @nasrudina78288 ай бұрын

    Kufaatiin akka sabaattis ta'ee akka Biyyaatti nu muudate kufaatii kisaaraa waraanaan biyyatti gaaga'aa ture caala.sababni isaas dhimma egeree saba kanaa tii fi egeree dhaloota bor biyya kana ceesisuu dha

  • @teshomburka7836
    @teshomburka78369 ай бұрын

    Dr Toolaa chubuu keettin ijoolee kee haamidhamaanii. Namaana ginbot 7.gaazexisaa buulii aboo.garaa dambaatuu nuxiiqiisu .

  • @MeadhagaAwwool-bv5bv
    @MeadhagaAwwool-bv5bv9 ай бұрын

    Caayaa itti fufaa ❤❤❤❤❤

  • @kiyaGemechu-xc5lo
    @kiyaGemechu-xc5lo5 ай бұрын

    Anuwerrr jabaa koo.

Келесі