Caayaa, Kantiibaa Magaalaa Shaashamannee waliin.

Ойын-сауық

Caayaa, Kantiibaa Magaalaa Shaashamannee waliin.

Пікірлер: 767

  • @mzeOmer
    @mzeOmer2 күн бұрын

    Wallahi namtichi seeratti dhiyaatu qaba inni hojitti hin jiru jechudhayyu Ka waan hunda nabira hin geenne jecha oso ragaan mana hojii motumma irra itti dhiyaatu wakkatuun yakka gudda 🙏🏻

  • @RashaadTube

    @RashaadTube

    Күн бұрын

    Hidhamu Qaba kuni wallahi 😢yoo seerri jirate

  • @GGU900
    @GGU9003 күн бұрын

    Obboo Shimallis Abdissaa Presidantiin Oromiyaa akkumma caffeetti warra tajaajila uummaata hin kenninee fi dabaan hojjatan isiin xaragnaa akkumma jette maaloo kaantiibaawwan magaaloota oromiyaa baay'ee isaanii uummaatarra xaragiitii nutti agarsiisi adaraa🙏🙏🙏

  • @marwa4015
    @marwa40152 күн бұрын

    jabadhuu gafadhuu rabbii afanii ketii fayyaa sii kennuu gotaa kennaa

  • @jabajarso8674
    @jabajarso86743 күн бұрын

    Kantiibaan kun deebi gaha dhiisiiti, waan wal fakkaataatu dubbachaa hin jiru. Kun seeraaf dhiyaachu qaba ture. #Booranaa_lixa Yabello irra

  • @user-vz8bd1jh9y
    @user-vz8bd1jh9y3 күн бұрын

    Ajaa'ibaa gazxeessan fayyaa argadhu Abbo 💪

  • @user-rp3me5go7w
    @user-rp3me5go7w3 күн бұрын

    Kabajamoo qopheessaa qophii caayaa haala kanaan hojii gaarii hojjachuuf yaaluun keessaan waan baayyee galateeffamuudha.haa ta'uutii garuu hoggantootni isin dhiyeessuun komii ummataa gaafattan karaa qajeelaa dhiisanii deebii jallaa fi waakkiin guuttame yoo deebisan argaa jirra.kanaaf qophii kanaan gaggeessaan hojimaata jallisaa jiru seeraan akka itti gaafatamu osoo taasifamee gaariidha.afoo keessanitti dhiyaatee fuuruu fixachuu qofa osoo ta'uu baatee.isin guddaa galatoomaa mootummaa fi ummatas kan walitti buusaaru jara ta'uu hubattanirtu waan ta'eef

  • @Umarsaed119

    @Umarsaed119

    3 күн бұрын

    Dhugaatti Abbaan Aangoo kun rakkoo guddaa qaba

  • @negasodinka7687
    @negasodinka76872 күн бұрын

    Akkas yoo biyyaf baratani nu jiradha.Amma mootumma Qabna jechu dandenya❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MohamedTulaBeriso
    @MohamedTulaBeriso3 күн бұрын

    Magaalaa Shashamannee keessati qamnii baratee irra baayinaan hogansaa irraa hin jiraan maaliif jeenaan angoon qarshiin qoodama waan ta,eef dargaageessi malaaqa waan hin qabneef

  • @mohadadem5933
    @mohadadem59333 күн бұрын

    Qazexissoota qoppii cayaaa galata guddaa qabdan ummata biraa, sagantaan qoppii cayaa torbetti yeroo lama silaa tahee bayyee nutti tola, jabaadha akkana hojjachuun ,akkanumatti gara aanaallee gad bu'aa, wahee heddduu gartan isinuu waan gara gadii jiru jabaadhaa

  • @ShammaMoluBule
    @ShammaMoluBule3 күн бұрын

    Yoo seerrii jiraate Kantiibaan Kun malaamaltummaa hojjachaa Jira waan ta'eef hatattamaan seeraaf dhiyaachuu qaba.

  • @Abbaadhiiraa-jq5ek
    @Abbaadhiiraa-jq5ek2 күн бұрын

    Silaa seerri jiraatee biyya tana keessa namichi kun kallattiin mana hidhaa seenee murtii seeraa argachuu qaba. Garuu maal godhan waan biyya teennaa waan taheef .......... Maraafuu warri Caayaa galatoomaa!

  • @nafytechno
    @nafytechnoКүн бұрын

    Amazing! keep going OBN and galatooma Gaxxesitootaa Qophii caayaa

  • @tolawaktaye904
    @tolawaktaye9043 күн бұрын

    Anuwar the 2nd. Keep it up!

  • @jhig6330
    @jhig63303 күн бұрын

    Rabbii jedhaa kantiiba shashamannee ummatarraa kaasa kuni ummata fixee

  • @bonsaahmed2699
    @bonsaahmed26993 күн бұрын

    ''dhimma isaa nan beeka, ani dhimma isaa hin beeku, eeyyee kennineerra, lakki hin kennine, ....'' Kantiibicha. Rabbi salphina akkasiirraa nu haa eegu.

  • @bedrishuosu6230

    @bedrishuosu6230

    17 сағат бұрын

    😂😂😂😂

  • @WerkoMohammed-lp6dc

    @WerkoMohammed-lp6dc

    14 сағат бұрын

    😂😂😂😂😂​@@bedrishuosu6230

  • @MaddaWalabuu-ux3wn
    @MaddaWalabuu-ux3wnКүн бұрын

    Nuuf jiraadha OBN sagaalee uummata gazaxeessuuman jeechuun akkanattii ummaata isaaniitif quuqamuu keessaaniif nuuf jiradhuuuuu❤❤❤❤❤

  • @musadenboba
    @musadenbobaКүн бұрын

    Wolhi magaalaa shashamane rakkoo guddattu jira ummanni bakka hundattii tajaajila gahaa argata hin jiru

  • @GemedaMamo-t7t
    @GemedaMamo-t7t3 сағат бұрын

    Wori caayaa hojjataaru baayee gaariidha,Garuu namooni dubbatani dhimma waloo jidu gala kan godhate mit, Hiojmaata badaa babalacha jiru sireesuuf baayee waan gaariidha

  • @kassahunyadeta1268
    @kassahunyadeta12682 күн бұрын

    Caayaan hojii gaarii hojjeechaa jira. Hojii kaabineen uummata daraaraa jirtu kana #live dhiyeessuun isaa gaariidha. Garuu, jijjiiramnifi furmaanni kennamu hinjiru. Kaabinee sobaafi immimaan uummata hiyyeessaan bokookte #live wawaachisuunu gahaadha. Furmaanni garuu, kaabinee raw material wayyaaneetiin ijaaramtee sadarkaan sadarkaan jirtu xaraguudha. Shimee!!!!

  • @LawofGod
    @LawofGod3 күн бұрын

    The best program of OBN

  • @mohammedseid965
    @mohammedseid9653 күн бұрын

    Kana doomaa maaluma isaa ilaalanii kantiibaa godhan.Moo qaama isa ergachuuf achi kaayyateetu jira ? ajaa'iba jannee jannee maaluma argaa jira.Hattuu ija baafte haasawa isaa irraahuu ni beekan.Kun hattuu ija baafte.Kantiibaan akkanaa mootummaa amma jiru kana hin madaalu.Mootummaan yeroon tarkaanfii irratti fudhachuu qaba.Yoo mootummaan kaasuu baate ummanni bahee firraa kaasuu qaba.HAY shashamannee nyaatamtee jirta.

  • @JibbaaGantuu-pr9zd
    @JibbaaGantuu-pr9zdКүн бұрын

    Namni kun nama iddoo sanaaf ykn Kantiibaa nama ta'uu danda'u miti nama aantummaa uummataa qabu miti fiixaa warra Abbaa lafaati. W/Goorgis Jaldoo abbaan nama kanaa abbaa Lafaa Bulguu dhiigaa uummata Arsii xuuxaa turedha.

  • @marimagudato5952
    @marimagudato59523 күн бұрын

    www obn caayaa itte mude qarroo power thanks bro (Journalist)❤Jabadhu

  • @abdurahimusheto1655
    @abdurahimusheto165514 сағат бұрын

    Jabaadha worraa caayaa keenyaa ammaas magaalaan shaashamannee wontoonni laaltan bayy'eetu jira Guyyaa tokko koottaa laala

  • @user-vu3tu1ek7k
    @user-vu3tu1ek7kКүн бұрын

    Mashaa Allah Rabbiin ijuuma kanaanii isiin haa laluu gazexiisootta caayaa Umaata heduu galaatom❤❤ rabiin ijaa baduu isiin iraa haa qabuu abaa kiyaayu akaanti itii tabaataran😢

  • @Raayyaakajawaa
    @Raayyaakajawaa2 күн бұрын

    Xayyibaan nuufi haa deebitu shaashamannetti

  • @TamiratGirma-ns6zd
    @TamiratGirma-ns6zd13 сағат бұрын

    Waaaaw Caaya, great job, great media and great journalist ❤❤❤❤🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿

  • @sadaafuraa
    @sadaafuraa3 күн бұрын

    Gafadhu dhiraa kiyaa rabbi fayaa si haa kenuu ❤❤❤❤❤❤

  • @imanjabal6603
    @imanjabal66032 күн бұрын

    Jabaadha hojii garii egaaltani🤣😊

  • @degagam
    @degagam3 күн бұрын

    Bu’aa' n namaa hin barane aangoo irra kahu n haatuf balbala banuudha. Nama kuni naannummaadhan xaxamaa qabaachuu isaa malee hojii gaariidha hojjeetu hin argine.

  • @foziyaakedirkana8433
    @foziyaakedirkana8433Күн бұрын

    Baga itti muddite Gazexeessa keenya 👌jabaadha itti mudda 👍❤️

  • @mamaamiyo5141
    @mamaamiyo51412 күн бұрын

    caayaa ijaaf gurraa uummata jabadhaa

  • @aberawakshumi3010
    @aberawakshumi3010Күн бұрын

    OBN, dhuguma sagalee ummataatii. Hanga ammatti gazaxeeffataa akkanattii dhugaaf hojjatu argee hinbeekuu. Jabaadhu, akkanumattiii itti fufii. Umurii dheeraa siyaakenu.

  • @HailuHailu-sx3ud
    @HailuHailu-sx3ud13 сағат бұрын

    Galatoomii gazexeessa jaalala guddaa sirraa qabnaa jabaadhuu

  • @MuzeyanMuhammed
    @MuzeyanMuhammed2 күн бұрын

    Binesiii akkana kunii osooo jiruu essan gudatiii kaa abiyiitii binessatae kaa akkana kana way abiyyii koo ❤❤❤ ❤❤

  • @AbdellatebaRachole
    @AbdellatebaRacholeКүн бұрын

    Nama dhugaa ummata Danqu kana motumman Sirrii godhe

  • @Rahimabuta
    @Rahimabuta15 сағат бұрын

    Leenca Ani Suma jaladha wollahi umrii dheeradhuu❤❤

  • @user-mp2jl1xf7g
    @user-mp2jl1xf7g2 күн бұрын

    Kaatibaan Kun shaashamanee guubaate daraati baate yeroo gababaa keesaati jijiraama baay'ee fiideedhaa waan hin benee keesaa seentani Commnenti jaalati afaan hin baaninaa Nuu jiradhuu kaantibaa shaashee

  • @brightfuture-bz7rz

    @brightfuture-bz7rz

    2 күн бұрын

    Gursha argateta ushu😄😄😄😄

  • @midiyaahaqaa3204

    @midiyaahaqaa3204

    Күн бұрын

    Albaatii kijibduu 1. argineerra=hin argine 2. kennineerra=hin kennine=dhooggineerra 3. manni murtii ajajeera= anatu dhoogge 4.manni murtii sin ilaallatu= na ilaallata marree maaf hin fudhattan =fudhanneerra 5. dabarsineerra=hin dabarsine 6. nabira gaheera = nabira hin geenye 7. ragaa sobaatiin maaf kinnitan =hin kennine = akkamitti argatan ree ani hin beekuu = hin beettuu ati = ni beeka 8. ragaa sobaa kana yoom qulqulleessitan = torbaan sadi keessatti= garuu dura hin argine jettan 9.komishiiniin farra malaamaltummaa qoratee adda baasee xalayaa isiif erge =hin argine

  • @abdigobe2996

    @abdigobe2996

    Күн бұрын

    Woliin hats jirtani waan ummani haasayu deebi keennu dadhabe waan dhibba dubbata jira gurri si dhagayu

  • @Firaol-pw1xs
    @Firaol-pw1xs2 күн бұрын

    Ani kan na dhibee gageessitooni oromiyaa keessaa jiraan bayinaan akkuma kana maaliif xiyyeefanoo dhabee

  • @RashaadTube
    @RashaadTubeКүн бұрын

    Yoo seerri jiraate Namichi kuni hidhamu qabaa wallahi Miskiin Akkanatti itti roorrifamaa utuu Raga Qabu Yaarabi ati ummata oromo kana wakkalami Haango Qabna jettee itt boonti 😢😢🤲🤲

  • @jemalderaro7749
    @jemalderaro77492 күн бұрын

    Fissahaa fi Anuwaar Umrii dheeraa jiraadhaa

  • @NebilaNebilass
    @NebilaNebilass3 күн бұрын

    Kan ifaajee baratee manatti cufaanii ta.a kaan kuno gaafiin ija keessa guuran yaboo tetii a nii rabbii.

  • @AbdiisaaMan-vi8gv
    @AbdiisaaMan-vi8gvКүн бұрын

    Kabajaamtoota caayyaa jabaadha seenaa hojjaata jirtaan ittii fufaa

  • @ashimmema7676
    @ashimmema76763 күн бұрын

    Dhugaa rabbii namichii kuni seeraa Mootummaa jala galuu qaba hattu akkana kana

  • @tolawaktaye904
    @tolawaktaye9042 күн бұрын

    Wow qophiin caayaa yeroon dheeraan kennamufi qaba, akkasumaas torbanitti yeroon itti deebi'ee dhiyaatu utuu si'aa lamaa fi sadii ta'ee baay'ee dansaadha. Sababni isa OBN dhugumaa karaa dhugaa fi sirrii ta'een REEFUU sagalee uummataa ta'aa jira. Please please please CAAYAA sagalee uummaata

  • @mahdiabdirahman119
    @mahdiabdirahman1193 күн бұрын

    Well done 👍 guys dhuga rabbii jabadha ummannii dhiga boha jira kanafuu nutii akka issin jajabatan issin dukka jira issinis ummatta kessan dukka bu,aa rakkoo issanii furafii

  • @midiyaahaqaa3204
    @midiyaahaqaa3204Күн бұрын

    1. argineerra=hin argine 2. kennineerra=hin kennine=dhooggineerra 3. manni murtii ajajeera= anatu dhoogge 4.manni murtii sin ilaallatu= na ilaallata marree maaf hin fudhattan =fudhanneerra 5. dabarsineerra=hin dabarsine 6. nabira gaheera = nabira hin geenye 7. ragaa sobaatiin maaf kinnitan =hin kennine = akkamitti argatan ree ani hin beekuu = hin beettuu ati = ni beeka 8. ragaa sobaa kana yoom qulqulleessitan = torbaan sadi keessatti= garuu dura hin argine jettan 9.komishiiniin farra malaamaltummaa qoratee adda baasee xalayaa isiif erge =hin argine

  • @IbsaIlmi8464
    @IbsaIlmi84643 күн бұрын

    Ani waan jedhuu hin qabu bayyee galatooma worri qopheesitoonni caayaadha😍😍😍

  • @user-rp4lj3bz2i
    @user-rp4lj3bz2iКүн бұрын

    Jabadhu gasxesaa kan ilmaa dhugaa isaa haa dhalatuu jabadhu itti muddii ❤❤❤

  • @KeraddinRashiid
    @KeraddinRashiidКүн бұрын

    Yaa rabbii kiyya dirmadhuu ati umataa miskina kana 😢😢😢😢

  • @nafytechno
    @nafytechnoКүн бұрын

    Best Ever Program of OBN TV

  • @Rahimabuta
    @Rahimabuta15 сағат бұрын

    Nama hayyuu hin barbaduu etophiyyaan rabbiin sii haa tiksuu❤❤!!

  • @WerkoMohammed-lp6dc

    @WerkoMohammed-lp6dc

    14 сағат бұрын

    Eenyuu hayyuun??

  • @Rahimabuta

    @Rahimabuta

    14 сағат бұрын

    @@WerkoMohammed-lp6dc eenyuun siiti faakkate??

  • @MashoKoji
    @MashoKoji3 күн бұрын

    Dhugaan tee hin muliqin fissah hardha baayyee natti tolte jabaadhu

  • @EmanGem-gr8ss
    @EmanGem-gr8ssКүн бұрын

    Jabaadha hojii gaaridha garuu nama kana hojataa ummatataati moo maal jenna

  • @IRReTube
    @IRReTube3 күн бұрын

    Harargee lixaa magaalaa hirnaa nuuf koottaa hadaraa rabbii

  • @wabiientertainment1252
    @wabiientertainment125212 сағат бұрын

    Caayaan isinuma lamaan irraa bareeda boo!!! Jechuun Anuwaarii fi si'i qofa irraa bareeddi Caayaan

  • @rosafayisa9437
    @rosafayisa9437Күн бұрын

    OBN keep it up!! Be a voice of the voiceless.

  • @ahmedabate7627
    @ahmedabate76272 күн бұрын

    Abbaan qabeenyaa hojima magaalaa shaashamannee keessa jiru dubbate.

  • @musadenboba
    @musadenbobaКүн бұрын

    Ija jabaataa akkana jecha ummataa kan hin amane ummata irraa ka'uu qaba.

  • @tamaamnan9085
    @tamaamnan9085Күн бұрын

    Galatoomi Atis gaazeexesan kuun Anawar lamaf mashaa Allah 🙏🙏🥰🥰

  • @amanuelzarihun226
    @amanuelzarihun2263 күн бұрын

    Kana egaa dhugaan Ummata keessa jiru. Haasaama wal fakkaataallee hin dubbatuu sobuma sobaa jiru bareechuuf. Warri CAAYAA jabaadhaa isin dhugumatti Ummata keessaa baatanii Ummataaf jiraachaa jirtu

  • @daniqasim2254
    @daniqasim22542 күн бұрын

    Shaasheen xayyibaa Hasan erga dhabdee miidhamte

  • @nasirsultan351
    @nasirsultan3512 күн бұрын

    Shashemenneen tan Juullaa shobbeeti

  • @MohammedAbduro
    @MohammedAbduro3 күн бұрын

    Baayyee gaariidhaa kun namichi hin amanu isin warri caayaa nuuf jajjabaadha jiraadha hanga isin jirtan dhugaan ummata keenyaa hin baddu.

  • @orostar7396
    @orostar739613 сағат бұрын

    Wallaah mootummaa irratti quba qabuu osoo hin taane bineensota akkanaa kanarratti mootummaan ijjannoon cululuqaan irratti fudhatamuu qaba 👌

  • @maryirahussein3857
    @maryirahussein38572 күн бұрын

    OBN caaya leader you are doing great job keep it up ❤

  • @engilishperimerleaguehighl1605
    @engilishperimerleaguehighl16052 күн бұрын

    Wow! 🌟 Thank you! 🙏

  • @ShuraGurmecha
    @ShuraGurmecha2 күн бұрын

    "Dhimmi isaa naa biraa hin geenye" Personally naa bira hin geenye ''Ragaa amma jattuu kana ergaa naa biraa fidee itti aanaattin qajeelche" Ajab Safuu.

  • @odatube9936
    @odatube99363 күн бұрын

    Gaaffii gaafachuun keessan bareeda qaamni itti gaafatamummaa qabu nama akkanaa ifattaa waa hynda waakkatu ilaaluu qaba.

  • @user-kn5if8ek1h
    @user-kn5if8ek1h3 күн бұрын

    Warri caayaa Nuu jabaadhaa

  • @zewdhabte6585
    @zewdhabte65853 күн бұрын

    Saganta akkan jiraachuun waan ajaa'ibaa ti OBN jabaadhaa

  • @dinkatamiru4487
    @dinkatamiru4487Күн бұрын

    Maaloo Magalaa Dirre Dhawaa kottaa Tuullaa kosii ashawaa jiru gabaasaa yoom kan Oromiyaa qofa ta;ellee Caayaan Dirre Dhawaa itti dabalaa

  • @abrahamaddam5387
    @abrahamaddam53872 күн бұрын

    Great journalist. Great interview. Officials should be accountable...

  • @user-gx7bo8qe2n
    @user-gx7bo8qe2n3 күн бұрын

    Wolhi namichii kantibba shashamne baayy’ee leebaa,baayy’ee soba,waani dubattuu irraa deebi’ee waakata waani dubbattuu kkkk

  • @bonsatibeso528
    @bonsatibeso528Сағат бұрын

    Seeratti dhihaachuu qaba namichi hattuudha

  • @BaliOda-fh7wo
    @BaliOda-fh7wo2 күн бұрын

    Itti muddi hatuu harkaan qabi😂😂!!😂😂😂

  • @SelmanAwol-e8e
    @SelmanAwol-e8eКүн бұрын

    Namni kun kan live irratti akkana mataa jabaatu, biroo isatti akkamitti akka nama keessumeessu tilmaamun salphadha.hattu fi harcaatu wayyaaneti, moolu kabajaa ummataaf yeroma tokko kun dhuga nan sirreessa hin jenne, hin beeku,nan geenye,kun soba...........!!!??? Qofa, NAMA AKKANA MATAA JABAATU ARGES DHAGAHES HIN BEEKU. YARABBI KAN AKKANA NURRA QABI

  • @ObsinetObsinet-ws5hw
    @ObsinetObsinet-ws5hwКүн бұрын

    Yaa rabi deebiin hundi kaa galee laluu taha jedhani

  • @NewayTeklu-qk9pe
    @NewayTeklu-qk9pe2 сағат бұрын

    Namtichi kun dhugaaf yoo dhaabbanne ta'e seeratti dhiyaachuu qaba seera cabseera waan ta'eefuu

  • @kumamulessa6440
    @kumamulessa64403 күн бұрын

    This program is the best one I like from back home.

  • @magi62
    @magi6210 сағат бұрын

    Kantiibaan homaa balleessaa hinqabu,carraa sirnichi kenneen ofitti amana, itti gaafatamummaa kamuu akka isa hin arganne ni beeka kanaaf akka barbaade uummataan taphata. Taateen akkanaa kutaalee oromiyaa hunda keessa jira bulchinsi oromiyaas nibeeka Gaazexxeessaan garuu guddaa galatoomaa!!

  • @HurisaDebela
    @HurisaDebela2 күн бұрын

    dhugaa rabbii kuni magaalaa miti ganda baadiyyaa wayii bulchuuf nama dandeettii qabu miti, dabalee nama tajaajila uummataa osoo hin taane of tajaajiluuf nama achi taa'e fakkaata. kun atattamaan aangoo irraa bu'ee seeratti dhiyaachuu qaba.

  • @mohammedseid965
    @mohammedseid9653 күн бұрын

    Jecha kantibaa kanaa irraa yoo hubannu garee IMX kan jechaa jiru irraa birri nyaatee waan jiruuf duchatti mormaa jira.Kana warraddaa guyyaa adii fannisuudha.

  • @HabtamuUrgeDibaba
    @HabtamuUrgeDibaba10 сағат бұрын

    Bulchinsii magaala shashamannee sektaara Kamiiyyu irratti hoggansaa beekumsaa qabu hin qabdu hoggansaa Uummata nyaatu malee. Magaala Oromiyaa keessaa magaala finfinneetti Anee Karraa Shan qabduu Fi Oomisha guddaa qabduu shashamanneedha. Garuu qabeenya sani kan hogganuu danda'uu Bulchinsa gaarii qofa . Garuu guyyaa hardhaaf Worraa mana isaan googa harreetin ijaaramee guyyaa waraabessii yuusu diigamu waan baayyeetef waannii godhamuun hin jiru.

  • @gemedahule3668
    @gemedahule3668Күн бұрын

    Hannii fi tajaajila mallaqaan bitachuun Magaalaa shashamanneetti Aadaa ta'eera. Kantiibaan yaada ummanni tajaajila mallaqaan bitaachuu akka waan hin jirreetti kaasuun sirrii natti hin fakkaatu. Hannii babbaldhataa dhufee jira. Kanaaf kantiibaan kun namni mallaqaa gaafatu waajjiraalee mootummaa keessa hinjiru jechuun kijiba. Waakkiin akkanaa sirrii miti. Keessattu investimebtiin tolaan hin darbu.of ilaalu qaban

  • @martagemeda3284
    @martagemeda32842 күн бұрын

    Bayyee nama ajja'ibbaa dhugaa Oromoo taani yoo akkattii wali dhibbaannii😢😢😢😢😢

  • @mootiiderara471
    @mootiiderara4713 күн бұрын

    kantibaan kun sirnaa dargii shashamannettii deebisaa jiraa...deebiin dhugaa fakkaatuu tokkolle waan jiru natti hin fakkatuu....kan ummanni jeedhuufii kan inni deebisuu akka inni ummata gaggessuu tuffatuu agarsiisaa. shawaa kaabaa irraa

  • @abdumuste832
    @abdumuste83210 сағат бұрын

    Mal ijaa jabeessi akkana ,ragaan hundi itti dhayaatee sirri mit jedhaa Wollay miskinni ,jiraatootni anaa shashaamanne midhameraa Akka mottummati ummata kakkasu isaa yerro hundaa nuf dhiyesuu qabdaan qophin chayaa nat tolleraa jabaadhaa

  • @GobenaMuda
    @GobenaMuda2 күн бұрын

    OBN ❤ nuu jiradhaa haaluma kanan itt fufaa

  • @AnatolAman
    @AnatolAman2 күн бұрын

    Jabaadha waan gaarii hojjaata jirtan Gaazeexeessittoonnii OBN Haatootaa akkana kana saaxiluu Qabdan'abbaa Humnaa'dicacator mayor bishooftuurraa

  • @aman8572
    @aman85723 күн бұрын

    OBN laalee hinbeeku garuu bara kana keessa program kana laalaa jira ! Good job guys !

  • @ebisabekele6506
    @ebisabekele6506Күн бұрын

    Nama kana murtoo ariffachiisa fudhatanii karuma kana hin agarruu yoo ta'e qophiin caayaas.......... Wallagga Bahaa Naqamte irraa.

  • @Umarsaed119
    @Umarsaed1193 күн бұрын

    Gocha kanarra dhaabbannee yoo laallu biyyattii rakkoo hamza keessa akka jiru hubanna

  • @MuhammedShibru
    @MuhammedShibru18 сағат бұрын

    Masha Allah olugura musinan biyya balleseara

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 күн бұрын

    ❤❤ Beekumsii Eegumsaa Mootummaan humna nama tokkoo argitee jechuun Qaaama Nageenyaa fi ministeera fayyaatiin Gammadaa kanaf gzx maalif diina tayee sitti fakkaatee gzx Fish and defense department officials/Bushi president Obama

  • @user-zq6ik7wb7s
    @user-zq6ik7wb7s2 күн бұрын

    Masha alahaa gazxesaan bodana dhufaa jiran kun gobozidha walahi jabadhaa 💪💪💪💪💪💪

  • @tolagirma-f2g
    @tolagirma-f2g2 күн бұрын

    dhugaa rabbii natti tolte akka kanatti jaratti waajjira kantiibaa kana fincaan ofirratti akkashen fincooftu gochuu keetiif itti fufaa

  • @lemesadaba1022
    @lemesadaba10223 күн бұрын

    Baayeee isiin jallanaa qophii caayaa garuu sa,aatii osoo nuf dherresitaani garidhaa

  • @WerkoMohammed-lp6dc
    @WerkoMohammed-lp6dc14 сағат бұрын

    Magaalaa Shaashamannee gadi aanaa waraaqaa eenyumma argachuuf malaqa humnaa olii nama gaafatuu. Kanaafuu hanga hoogantootaa olaanotti qarshii malee waa takka hin keesumeesan.

  • @amangemechu5068
    @amangemechu50683 күн бұрын

    Pir. Shimallis Abdiisaa mee shaashee irratti focus please specially waajjira imx please please

Келесі