DIRAMAA "ASHAMAA" kutaa 5ffaa : MO'AA TV

DIRAMAA "ASHAMAA" kutaa 5ffaa : MO'AA TV

Пікірлер: 197

  • @nakayimadaisy4782
    @nakayimadaisy47826 жыл бұрын

    Wooow wooow TV mo.aa waqayyo guddaa sin haa ebbisu abbaa saree faranjii gudduma taste jinno abbaa dollar bekaa ittuma fufi hadhaa konserti atis lafatti hafte itifufa

  • @amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696
    @amantinkiyyaalubbuukiyyaao86966 жыл бұрын

    Galatoma hedduu namati tolaa yaan beekaa bayyee gaarii dha kaayyoon kan saa fudhatama qaba ❤🖒jabadha hunduma keessanuu sin jaaladha ❤❤

  • @maatiijaalala

    @maatiijaalala

    3 жыл бұрын

    Mati nafi tii sany koo

  • @nouhaddaoud837
    @nouhaddaoud8376 жыл бұрын

    Waawoo galatoma barumsa hedduu of kessaa qaba👍🇪🇹

  • @gabanitulu4302

    @gabanitulu4302

    4 жыл бұрын

    Ashanafiiababaa

  • @binttiisilamarsiiihadabba8316
    @binttiisilamarsiiihadabba83165 жыл бұрын

    Bayyee bayyee namatii tolaa jabadhaa bareeddaa barumssa guddaa qabaa Galatomaa obboleewwan teenyaa

  • @arsenalkemal3929
    @arsenalkemal39296 жыл бұрын

    edoon warabii sirrii mitti maliif yoo setaan manichii ittii hojatame yoo kirefameyuu barefamnii afaan amaraa sunuu warabii kessaa galuu hin qabuu tasumalee tahun irraa hin jiratuu ture

  • @keetuunaabonsaayesusoromoo433
    @keetuunaabonsaayesusoromoo4336 жыл бұрын

    wwooow tv mo.aa ebbiffama martiikessaniyyu abba Saree faranjis ati konsertis Abbaa Dollar machessuf kaate hafte ashiii beekaa yaanikee dansaa ittifufa

  • @maatiijaalala

    @maatiijaalala

    3 жыл бұрын

    Mati nafi tii sany koo

  • @burteeburtee9544
    @burteeburtee95446 жыл бұрын

    Bayyee nama tiii tolee jabesssaa

  • @yosefsolomon0203
    @yosefsolomon02036 жыл бұрын

    Anadha kan fannisu kkk Nuu jabaadhaa bayyee bareedaadha

  • @mekiyaabdullah8686
    @mekiyaabdullah86866 жыл бұрын

    Maa mudamtuu comment akkanti maal qabaa osoo na egidani Kkkkkkkkkkkkkkkk

  • @amiramira1219
    @amiramira12196 жыл бұрын

    Malii garuu sagaleen sirriti hin dhagahamu ebbifamaa

  • @bareeduusaanyiitadeebiruu2156
    @bareeduusaanyiitadeebiruu21566 жыл бұрын

    Wooooooooowww beekaa moo beekaa dhugumaatti waqayyoo umurii dheeraadhuu yaadaa nama barsiisaa gootaa saanyi ofii ittii fuufaa

  • @eissaalkhawaja3564
    @eissaalkhawaja35646 жыл бұрын

    waaqayyoo isiin haa Ebbisuu ,utti fufaa.

  • @lizaafuftuuadhaketilal5895
    @lizaafuftuuadhaketilal58955 жыл бұрын

    Bayee gariidha jabadha.

  • @nafeesanafeesa2142
    @nafeesanafeesa21425 жыл бұрын

    Bayyee namatii tollaa diirama ashamaa n

  • @alamiirm5058
    @alamiirm50586 жыл бұрын

    Bayyee Namati tolla itii jabbadha.💛💛💚💚💚

  • @feenetiiwalggaa5220
    @feenetiiwalggaa52206 жыл бұрын

    jabadhaa kana caalaa barumsaa guddaa namaf lata

  • @obsinanbayisa
    @obsinanbayisa6 жыл бұрын

    Namnni ciman beeka duwwadha ijolletti waxaxe sana keessa sera afanis sirritti ege hasa’a

  • @diboraamucaakakuu4395
    @diboraamucaakakuu43955 жыл бұрын

    Namaatii tolaa jabadhaa 😍😍😁😁😁😁😁😁

  • @hawaaentertainment
    @hawaaentertainment6 жыл бұрын

    Anatu akkaatti fannisa hhhhhh Jabadha

  • @maatiijaalala

    @maatiijaalala

    3 жыл бұрын

    Mati nafi tii sany koo

  • @haanniyyeeyegetalejmyfathe7935
    @haanniyyeeyegetalejmyfathe79354 жыл бұрын

    Baay, ee namatti tola itti jabaadha.

  • @siifaanmagarsaaxb2580
    @siifaanmagarsaaxb25806 жыл бұрын

    Bayyee namati tola jabaadha

  • @tolewekabera6691
    @tolewekabera66916 жыл бұрын

    Welcome jalatamitota kenya

  • @ghgjhfnhkfg9596
    @ghgjhfnhkfg95966 жыл бұрын

    Anaanii Adeemiisii Beekaf Kuutanooni Isaa Bayee Natii Toleeraa Abanii Saaf Ariimeensaasi Isaati Daabaarsuu Saani Bayeen Gammade Saababiinsaa Nama Guudiifaf Jijiirrramaf Kaayoo Gudaaf Illiicha Bilchtaa Waan Qaabuuf Waaluma Gaalati Baruumissa Guuda Qabaa Diraamiichi Jabadha Gooftaan Isiin Aeebiisuu

  • @lalistuwallaga5050
    @lalistuwallaga50506 жыл бұрын

    Namatii tola jabadha garuu warri obolaa lamanii nama kofalchif tuu wau wau

  • @burteyegetalij4605
    @burteyegetalij46055 жыл бұрын

    Beekarra jaalalli na qabe kanallee polotikaa akka hin jenne immoo

  • @borufgaroma9009
    @borufgaroma90096 жыл бұрын

    ebboo nuu jabadha waaqayyo isiin haa eebbisuu

  • @n3maomar241

    @n3maomar241

    6 жыл бұрын

    Boruf Garoma jalalee

  • @n3maomar241

    @n3maomar241

    6 жыл бұрын

    Boruf Garoma salida

  • @ayalewabdissa2843
    @ayalewabdissa28436 жыл бұрын

    jabaadhaa! baay`ee irra barataa jirra.

  • @fikadudagafa8972
    @fikadudagafa89726 жыл бұрын

    hedduu gaariidha namattii tolaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa

  • @masaratbirhanu3505
    @masaratbirhanu35055 жыл бұрын

    Bayee namati tolaa dhugaa waqaa jabadhaa

  • @marsaanmogos3857
    @marsaanmogos38572 жыл бұрын

    Shubaa fi alaamitu 💖💖💗💗💗💖

  • @shamasiyaashamasiyaa4465
    @shamasiyaashamasiyaa4465 Жыл бұрын

    Jabadhaa sinii wolinii jiraa

  • @meskerembiru3495
    @meskerembiru34956 жыл бұрын

    Wowow bayyeee baredaa jaadhaaa

  • @grnadprime5569
    @grnadprime55695 жыл бұрын

    baayye Namatti toolttu jabaadha 😃😃😃😃kkkkkkk

  • @adanuushumiihvg9699
    @adanuushumiihvg96995 жыл бұрын

    Diraman kesan bayee baredacgaruu jalala umataa hin bektan malee

  • @asterdejene1685
    @asterdejene16856 жыл бұрын

    Waqayyoo siinii yaa eebbssuu eebbifamaa barumsaa Garii iraa bsranee jirata

  • @desireesalameh4816

    @desireesalameh4816

    5 жыл бұрын

    Hi

  • @waqayogaariidha4657
    @waqayogaariidha46576 жыл бұрын

    Kkkkkkk dheerina kootu gababate male umurin koo dheeradha😃😃😃😃😃

  • @diboraamucaayesus4808
    @diboraamucaayesus48086 жыл бұрын

    kkkkkk bayee namati toltaa jabadha

  • @eteneshabdi8983
    @eteneshabdi89836 жыл бұрын

    Barumsa gudda nama kennaa jabaadha.

  • @beyenudebisa5968
    @beyenudebisa59684 жыл бұрын

    Jabaadha namati Tolaa

  • @tadesekasu8665
    @tadesekasu86655 жыл бұрын

    jabadhaa barnoota guddaa namaf kennaa ittii nuuf haa fufuu

  • @biqiltubiqiltu9481
    @biqiltubiqiltu94816 жыл бұрын

    woww Jiraadha

  • @sabontuuaggarosabontuuagga1699

    @sabontuuaggarosabontuuagga1699

    4 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk

  • @dammeegammuchudammeegammuc4237
    @dammeegammuchudammeegammuc42376 жыл бұрын

    Kkkkkkkk manayu in dhorkamte konkolatis waregata?

  • @tiyamoti3010
    @tiyamoti30106 жыл бұрын

    Kk(k(k(kk baayee namatii tolaaa jabadhaa ittii fufaa antuu akkatii fanisaaa jedhee hahahah

  • @adam.harunkandurbfnrm8711

    @adam.harunkandurbfnrm8711

    5 жыл бұрын

    Tiya Motiko

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin64566 жыл бұрын

    kkkkk umriin koo dheradha abban koyu natiime bayee namati toltu jabadha kuniis america kunis moziiqa hhhhh bayee garidha jabadha😁😁😂😁😁👏👏👍👍

  • @faasiigeewalagaa462

    @faasiigeewalagaa462

    6 жыл бұрын

    kkkkkkjjk

  • @afizuubadiruu9942

    @afizuubadiruu9942

    5 жыл бұрын

    ageree

  • @hafteelammii9465
    @hafteelammii94656 жыл бұрын

    Diraamaan keessan namatti tola jabaadha!

  • @shugguxxiishugguxxii7749
    @shugguxxiishugguxxii77496 жыл бұрын

    gaariii dha jabaadha

  • @mayaamayiti1736
    @mayaamayiti17365 жыл бұрын

    Sare faranji tokko gurgure kkkkkkkll

  • @namakulaqurusum9881
    @namakulaqurusum98812 жыл бұрын

    Alamiituu❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹

  • @keriimakaso103
    @keriimakaso1036 жыл бұрын

    Heedduu gariidha namati tola jabadha itti fufa!!

  • @maatiijaalala

    @maatiijaalala

    3 жыл бұрын

    Mati nafi tii sany

  • @borunenko9808
    @borunenko98086 жыл бұрын

    Haala Gaariin Dhiyaateera

  • @sabbontuusabaa1475
    @sabbontuusabaa14756 жыл бұрын

    namatii tolaa jabadhaa

  • @mekiyaabdullah8686
    @mekiyaabdullah86866 жыл бұрын

    Sobin akkam sii irraa deema American maa aftee

  • @turungoobatiree6202
    @turungoobatiree62026 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkk 🖒🖒

  • @biftuuabdiisaa1602
    @biftuuabdiisaa16025 жыл бұрын

    Wayyooo shubaa😃😃😃😃

  • @smysweetsmyhaert4391
    @smysweetsmyhaert43915 жыл бұрын

    Jabdadhaa baredaa jirtanii

  • @user-zy7pe8mw7o
    @user-zy7pe8mw7o6 жыл бұрын

    Ebbifamaa gaaridha

  • @masaaratkumaa4506

    @masaaratkumaa4506

    6 жыл бұрын

    Ebiifamaa dachaa daachaa dachaa daachaa namatiitolaaa

  • @mustefahiko1828
    @mustefahiko18286 жыл бұрын

    Beekani dhugaa nama gaariidha abbanisi baay,ee nama tolaa ilimii booruufi yaaduu Kani akka beekati jenunis Kani akka gaaguriiti kkkkkk diraama baay ee nama haawaatuudha

  • @walyahahmed7127
    @walyahahmed71273 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤️❤️❤️😍😍😍😍Jabadhaa bayee nama tii tolaa waq

  • @fatmaay8293
    @fatmaay82935 жыл бұрын

    ergaan kessan garuu bayyee garidha. alamituu sime/asanti please wa.ee acting lenji.ii.

  • @zedlovetube4011
    @zedlovetube40116 жыл бұрын

    Kkkk 😃😃😃😃

  • @naafiihiliimameemamee9740
    @naafiihiliimameemamee97405 жыл бұрын

    Kkkkk shubaa😂😂

  • @simaleeyesuus7189
    @simaleeyesuus71896 жыл бұрын

    beekaa atii dhugumaa beekaadhaa bayee namaati toltaa

  • @darartuudiribaadarartuudir950
    @darartuudiribaadarartuudir9506 жыл бұрын

    Wwwwww bayee namatii toltuu obolaan laman batalayii

  • @samilami713
    @samilami7135 жыл бұрын

    HEDDUU NAMA BOHAARSA %%5

  • @muletafa3533
    @muletafa35333 жыл бұрын

    Wwwooww kkkkkkkk😍😍😍👍👍👍💖💖

  • @alitullubba46
    @alitullubba466 жыл бұрын

    Jabaadhaa

  • @derartuamin2025
    @derartuamin20252 жыл бұрын

    Kunii mucaa wanii offaa gurguruu malee womaa hin bekuu

  • @sifuukoo9145
    @sifuukoo91455 жыл бұрын

    God

  • @sumayaaadam481
    @sumayaaadam4813 жыл бұрын

    ❤❤❤💯✅

  • @maskaremasfawu2933
    @maskaremasfawu29336 жыл бұрын

    jabaadhaaaa

  • @almasmass2518

    @almasmass2518

    5 жыл бұрын

    Maskarem Asfawu hii

  • @hintub
    @hintub3 жыл бұрын

    👍👍👍👍👍👍👍👍💓

  • @amanihellani7103
    @amanihellani71034 жыл бұрын

    Gaarii.dha.jaabadhaa

  • @masiibekela7375
    @masiibekela73756 жыл бұрын

    kara bittaaf gurturtaa mana irratii barumsaa garii nuuf dabarsee bekaan

  • @naaomiichannel2490
    @naaomiichannel24904 жыл бұрын

    Waaaoooo

  • @netsiengida7718
    @netsiengida77186 жыл бұрын

    jabadha wowowo

  • @Myen0912
    @Myen09123 жыл бұрын

    ❤️

  • @haanniyyeeyegetalejmyfathe7935
    @haanniyyeeyegetalejmyfathe79354 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkl namatti tola 😁😁😁😁😁😁😁

  • @boratireality9665
    @boratireality96656 жыл бұрын

    Qulqullinni gad bu’e jira compare to last episodes

  • @safayobulbula5256
    @safayobulbula52565 жыл бұрын

    Kkkkkk jabaadhaa

  • @amiinali2757
    @amiinali27576 жыл бұрын

    Jabadha

  • @marthaworku8334
    @marthaworku83345 жыл бұрын

    waayii Abdisaa miskin 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @abdiinkooyesusi8838
    @abdiinkooyesusi88386 жыл бұрын

    Bekkan akkuma maqa isaa bekkadha,galatomaa

  • @ibrishibirkaa1395
    @ibrishibirkaa13955 жыл бұрын

    Anayuu duur oboletiin koo natumtee hhh

  • @maatiijaalala

    @maatiijaalala

    3 жыл бұрын

    Mati nafi tii sany koo

  • @biqiiltukakuuintalayesusus3264
    @biqiiltukakuuintalayesusus32645 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkkk nan faanisaa gaguuriin kkkk

  • @burteburte2265
    @burteburte22655 жыл бұрын

    Jabadhaa qomokoo

  • @mirgisaluky9813
    @mirgisaluky98136 жыл бұрын

    galatoomaa eebbifama

  • @lalistuwallaga5050
    @lalistuwallaga50506 жыл бұрын

    Malif deemu dide amerika garuu siiraa demaa sobini

  • @anisoromoodha6144
    @anisoromoodha61446 жыл бұрын

    Wow mirt drama

  • @zahrazahra2865

    @zahrazahra2865

    5 жыл бұрын

    Thanks so much

  • @habibikapalak1120
    @habibikapalak11205 жыл бұрын

    😁😁😁😁😁

  • @bidiqebaqale2455
    @bidiqebaqale24556 жыл бұрын

    Ajaibaa kaa galatoma

  • @Hilifshow
    @Hilifshow6 жыл бұрын

    Sare gudaa tokkon gurgure.....nama iyu...hahah

  • @maatiijaalala

    @maatiijaalala

    3 жыл бұрын

    Mati nafi tii sany koo malo

  • @burteeyeejesuselijiburteey9372
    @burteeyeejesuselijiburteey93725 жыл бұрын

    Kkkkk Abdis atii maliif akkasii mudahataa Sareen farajiin malii gotii oromiyaa keessa 😅😅😅😅😅😅😆😆

  • @iyesuuswalinbahanihinqanah1062
    @iyesuuswalinbahanihinqanah10626 жыл бұрын

    wwoww bayyee namati tola goftaan siin haa ebbisuu ebbifamaaaaaaa

  • @birlebeyecha9675
    @birlebeyecha96756 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkk garaatu na dhukkuube

  • @zemzemoromo1302
    @zemzemoromo13025 жыл бұрын

    Kkkkkk

  • @zemzemoromo1302
    @zemzemoromo13025 жыл бұрын

    Dhugaa naati toltaan

  • @sahadauae1324
    @sahadauae13244 жыл бұрын

    Kkkkkkkk bayyee namatii toltuu

  • @yaarabbikiyaaatiinalafisii9665
    @yaarabbikiyaaatiinalafisii96656 жыл бұрын

    Kanii argachuu qabuu dhabee kanii argachuu qabnee argalee logii dalagunii Amalaa Amantii kesanitii

  • @nakayimadaisy4782

    @nakayimadaisy4782

    6 жыл бұрын

    Yaa rabbi kiyaa atii na lafisii amrii hundaa Hhhhhhhhhhhhhhhh bakkuma hundaayyu isin hadhessu figduuu muuu

  • @nakayimadaisy4782

    @nakayimadaisy4782

    6 жыл бұрын

    Yaa rabbi kiyaa atii na lafisii amrii hundaa Isin caalu itti dhiisi

  • @jenabjena6634
    @jenabjena66346 жыл бұрын

    kkkkkkkk Gurugurruu Sarre

  • @oromiyangalaana1770
    @oromiyangalaana17705 жыл бұрын

    kkkkkkkk yero hunda kabalamta ati

Келесі