Background Mo’aa is a television private broadcasting company. It is owned by Leadstar Media P.L.C. and licensed under the registration number KK/AA/1/0009407/2008 in the Ministry of Trade and Industry.
Although preliminary discussion about the need to establish a television cable network began earlier, testing transmission started on December 14, 2016. After months of testing, Mo’aa started its actual regular transmission on April 16, 2017 - the Ethiopian Eastern day. Despite its short time preparation intervals from conceptualization to realization, it has become a media house that is being followed by millions in Ethiopia and beyond.
Afan Oromo is the media’s main medium of transmission. Speakers of this language are the direct audience of the television. Generally, its reach in content is holistic in which the central message focuses on the great commission - preaching and teaching the Gospel of Christ.
Пікірлер
Waaqayyoo si ha ebbisuu harkii fayyisu yesus mana ke ha seenu
Mudanoosani mana barumsa isani Nama Kolfisisa😂 dhugaa Maqan Yesuus Maqa wan hunduuma hojetudha dhugaa Uuuuufff Ulfaadhu Yesuuskoo
EEBBIFAMAA BARAA KEESSAN HUNDUMAA
Ulfini kan Waaqayyooti Ameennnn Baga Fayitaani mati Waaqayyooo Ameeeeeenn dinqidha dhugaaa baguuma kan Kiristoos tanee❤❤❤
Iyesus fayyiisadha ameeen ebbiffamma ❤❤❤❤❤
Amanamaa koo yesuusi galatomi ❤
Waaqayyoof haa galatu waqaa keenyaaf maaltu dadhabama ❤❤
Jesus ko 🙌🙏🏽
Kuni dhugaa baatii Aja'ibaati ulfinni isaa kan gooftichaati fayyisuun waaqayyoo dinqiidha🙏🏼🙏🏼🙏🏼
dhuguma bifa isaa yeroo ilaalan rakkina akkasii waan qabu hin fakkaatu waaqayyo si haa gargaaru
❤❤❤❤❤
Wwwowwo congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baay'een isiin jaalladha
Waqayyo wan godhefi qabaa guyyaan fayyinn jiraa
Dinqiidhaa!
AeennnmA🎉🎉❤❤🙏🙏🙏
Yesus goftaa ❤❤❤❤❤
Gudadhuu qaxalee tiyaa bayee namatii tolaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Barkii aja,ibaa 😂😂😂😂😂 www❤❤❤
Nagaan Waaqayyoo isif haa bayeetu ❤❤❤
Amen Eebbifamaa
Uuuuuuuuuuff Waaqayoof hundinuu Saalphaadhaa Waaqayoo isinifihaa faayisuu 😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo sif haa fayyisuu garuu maloo garaa waldaa araraa geessaa infayuu dhugaa jiraa waaqayyoo
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Gaara galataatti ol haa yaa`uu Uumamni ol haa yaa`uu galataan Faaruun mo`ichaa ha faarfamuu Weedduun haa dhaga`amu ililleen Xinnaan walwaame guddaan Haafarsu lafa dhiitee dibbeen Fuula as deebifateera ho kakuun Bara boojuu hirmaachuuti barri kun magarsaa nu dhageessisaa ergaadha faarsaan kun!
Wwwwoooww Eebbifamaa Dacha 🥰🥰💗❤️🤣🤣🤣🤣
😀😀😀Namnni tokko tokko Sammuuma duwwaa baatee deemaam😀😀
Amennnnnn amennnnnn abbakoo eyesusi kirstos galatomii umakooo ulifadhuu Bara baraniii 🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️
Amennnnnn amennnnnn ebifama obolotakoo Waqayo Ayanasa isinif haa bayyisuuuu ❤❤❤❤
Waaqayyoof wantii dhaadhabamu hon jiruu waaqayyoo sinnif haa faayyiisuu😭😭😭😭♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏
waqayoo ijolee kee sifii ha fayisuu 😢😢❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤, Eebbifamaa!
Jaabaa nama akkuma ittii dubiisuu jaaladhu kitaba isaa
Iti nuf fufaa Adaraa bayyee iti Ebbifama jiraa namota waqayoo
Ebbifama Ebbifama dachan
Efaa piraankii taateetta boo😀😀😀😀
Baga waqayyoo sii garee nama waqayyoo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉 ililililililil ililililililil ililililililil ililililililil ililililililil ililililililil ililililililil ililililililil
Waqayyoo kan caalaa faayyiina guuttu isin haa laatu.
Waaqayyo Baga isin gargarree. Waaqayyo kan caalaa isin haa faayyisuu. Ba'aa waalii bachuun Fi waalii bukee dhaabbachuf gaaridhaa.
Ameen Ameen Ameen 🙏 ❤️
Waaqayyoo isiin ha ebbisu
🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Amen
Amen Amen 🎉🎉🎉🎉Amen 🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰
Waaqayyoo Waan Hundumaa gochuu danda'a ammas kaasee dhabbachiisee dubbaachiisuudhaf innii hin danda'aa Ammas Waan haara godhee nu dhageessiisa Abdiin keenyaa jiraatadha❤❤❤❤
Wow Dr
Ameeen🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🧖🧖🧖🧖🧖🙇🙇🙇🙇
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
AeembbAbbmbmA🎉🎉❤❤