Draamaa Ajaaibaa BARSIISAA *DURII* FII KAN *AMMAA* ittumaan booharaa jechuufi.

Like tuquun dagatin👍.
Kabajamtoota hordoftoota keenya wanti draamaa kana hojjenneef barsiistonni keenya akkana jechuuf osoon tahin akkuma itti boohartaniifi akka waan birattin fudhanne hanga dhumaa daawwadha xhumarra waan addaatu jira.
Yaada yoo qabaattan comment ykn kara FB fi INSTAGRAMA keenyaatiin nu qunnamaa Galatooma
Instagram 👇
pBwE-UlHnU...
Facebook 👇
/ carcar-vine-1055887414...

Пікірлер: 313

  • @carcarvine2204
    @carcarvine22044 жыл бұрын

    Like tuqi.Video kana guutu isaa daawwadha gama dhumatti waan bareedaatu jira

  • @suziemalla2520

    @suziemalla2520

    4 жыл бұрын

    carcar vine Tole akam faya kesani baga nagani nuf dhuftani i miss you

  • @zubelalipop9062

    @zubelalipop9062

    4 жыл бұрын

    Biiyaa kaam jirtaan?💔

  • @jimmayoutube8941

    @jimmayoutube8941

    4 жыл бұрын

    Natii toltani

  • @khammkhan1801

    @khammkhan1801

    4 жыл бұрын

    baybredujabdaimomo

  • @ammayyayasiin9373

    @ammayyayasiin9373

    4 жыл бұрын

    AMMAYYA Yaasiin123

  • @ibsuandobsefamily
    @ibsuandobsefamily4 жыл бұрын

    Wooow jabadhaa carcar vine hedduu nu bashanasisaa jirtaan 💟💟💟

  • @Marrushow
    @Marrushow4 жыл бұрын

    Wow jabadha carcar vine filano oromoo hundaa nuf hatahu

  • @oromitiiintaallaaamboocell5715
    @oromitiiintaallaaamboocell57154 жыл бұрын

    Waayoo Baarisisaani kuni kolfaa nuu fixee wly hotoo atii baarisiisaa koo taatee hin baaraadhuu wly Màtaa filaachaa naa baarisisaa ijoolee maalii baarisisaanii akkaanaa gaaruu ijoolee anii naani qaaladee waa biraa siinitii hin faakaatii nufii jiraadhaa baayeeni siinii jaalaadhaa Luubuu waanii koo I Love you Like share godhaa oroomo ko jaajaabesaa ijoolee kaanaaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee5564 жыл бұрын

    Calaa maashaa allaah mashaalaa allaah hin baredaa hardhaa fudhaa jirataa moo silaa siraa demee jiraa

  • @giftilencha5856
    @giftilencha58564 жыл бұрын

    Wowowo JAJJABADHA. Jirenyaa yeroo oromiyyaa jiru, naa yadachifftan, kan sammun blissa, kan kolfaf fi gamachuu gutammte.....🥰🥰❤️❤️

  • @AbdiMuktar
    @AbdiMuktar4 жыл бұрын

    Hhhhh Baayyee Namatti Toltan Barsiisaaf Barattoonni👌

  • @AbdiMuktar

    @AbdiMuktar

    4 жыл бұрын

    Hayyee Siif Godhe

  • @Helutube-o7k
    @Helutube-o7k4 жыл бұрын

    Dhugaa hedduu natti toltanii baruumsa qaba kun seena dhumaa dhugaa irratti hundayeti❣❣❣nag jiraadha sanyiwwan koo

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera8264 жыл бұрын

    Waaaawaaw barsiisaa akkasum nu godha ture barsiisaan koo durii uuuff argaasa galatooma jabaadha nurraa hambisuuf jilbeeffachu

  • @sumeekadir8403
    @sumeekadir84034 жыл бұрын

    Kkkk maashaa allaa barataa 99 qabadaani ijollee tumanuu ajefattee kaa barasisaa,,,,,,

  • @muradioromo3631
    @muradioromo36314 жыл бұрын

    zetaa dibachuu jirtaa calaa caracar jabadhuu wan garii gotee

  • @buzuneshibaayisaa2737
    @buzuneshibaayisaa27374 жыл бұрын

    Wooww baayee naamati tolaa jaabadha baarisisaa koo kuuta 8 iti naa baarisise tookko naa yaadachifatani

  • @HAYAATOROTUBE
    @HAYAATOROTUBE4 жыл бұрын

    Maasha alla jolle teenya qaqaalii nu jiradhaa jajjabaadha

  • @hanoufaljarba1200
    @hanoufaljarba12004 жыл бұрын

    Mashaa allh heduu baredan wayiii wan Duran kesaa kutee naa yadachiftaniii araa jabadhaa isha allh akka isiin bakka gudoo gesaan abadii qabnaa ilman oromoo

  • @anisaanisa9702
    @anisaanisa97024 жыл бұрын

    Wwwwwwoooooww mashaa Allahaa bayyee namati toltani mashaa Allahaa ❤❤❤💝💝👍👍

  • @wakoumadebe4832
    @wakoumadebe48324 жыл бұрын

    Masitika nyatamo ni barasita ayii qaladuu oromoko jabadha wan isin jetani isinfi nan godha jabadhuu sanyiikoo

  • @AminaAmina-nz6yr
    @AminaAmina-nz6yr4 жыл бұрын

    Bayyee bareda ittii fufaa

  • @ahlamel-kathiri6592
    @ahlamel-kathiri65924 жыл бұрын

    Namati tola jabadha c v ijja tena issini jalana

  • @aalain348agmailcomashaaabd9
    @aalain348agmailcomashaaabd94 жыл бұрын

    Wwwwwwwww bayye naman boharsaa jabadhaa

  • @amararifanisa4393
    @amararifanisa43934 жыл бұрын

    Jajabadha 🥰🥰🥰keep going up lami ko jabadha isin bira jira 🥳🥳🥳❣❣❣

  • @maryemaremaryemare9923
    @maryemaremaryemare99234 жыл бұрын

    wawwww very nice qomowwaan ko jabadhaa diramaan kessaa heduu namatii osoo namin hundee akaa kesaa taee carcar vine dhalotaa qarroo jiradhaa barissaa jiradhu diramaa bifaa gariin dalayiddaa ittii fufii

  • @sadbashir7263
    @sadbashir72634 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkk jabadhaa kolifaan nufixaan galatomaa

  • @hayatyeeoromialijii5962
    @hayatyeeoromialijii59624 жыл бұрын

    Wwwwwwwwww heduu nama tollaa jabadhaa itti fufaa barsiisa kenaa

  • @hawwiikoofikaroora2394
    @hawwiikoofikaroora23944 жыл бұрын

    Har'aa dhufu kooti baay'ee namatti tola akkanumatti itti fufa wel come barsiisa

  • @abdikurfa3031
    @abdikurfa30314 жыл бұрын

    Woooooow heddu namatti toltan dhuga rabbi

  • @fayisetolcha2426
    @fayisetolcha24264 жыл бұрын

    Wwwww baye dasi nama jetu jabadha ya ilmani aya ya ilmani Oromo garu barsisichi tanin fugoratu qabamo baratoticha kesa kkkkkk bayeni kolfe😍😍😍😍😍

  • @aminahusen4688
    @aminahusen46884 жыл бұрын

    Kkkkkkk kolfan nufiixee bar sisan heduuu namatii toltuu jabadha qaliwan kooo

  • @madiioromtiitintalaabbagad9207
    @madiioromtiitintalaabbagad92074 жыл бұрын

    Jabadhaa ijoole tenyaa anni cari car vin hedu jaladhaa dirmani keessan barmsafi taphaa ofii keessa qaba nama boharsaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hasbullahiiwanimalwakiil1504

    @hasbullahiiwanimalwakiil1504

    4 жыл бұрын

    Anu hedun jaladhaa

  • @hasbullahiiwanimalwakiil1504

    @hasbullahiiwanimalwakiil1504

    4 жыл бұрын

    Intalii pr kettira kana naf dubisii ok

  • @jannatiimahamad7312
    @jannatiimahamad73124 жыл бұрын

    Walihi bayyeee namati tolaa dirama tesana jajabadhaa ijollee qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii qaqaliii

  • @ibsausmi5845
    @ibsausmi58454 жыл бұрын

    bayyee gaarii ittii jabaadha gara fuulduratti filmii dheeraa isinirra eegna

  • @muddiinma4054
    @muddiinma40544 жыл бұрын

    Ijolle qashti you tube yoon seenu anni tapha keessan ilaaludhumatu naati tola

  • @sabbontuintalaaoromoo4381
    @sabbontuintalaaoromoo43813 жыл бұрын

    Dhugaa hedduu namatii toltaan ergaa ofii keessaa qaba jabbadhaa👍👍👍

  • @LoveYou-xn2hf
    @LoveYou-xn2hf4 жыл бұрын

    Please akkanumatti itti fufaa 🥰🥰🥰i love you oromo koo from London UK 🇬🇧 👏👏👏👏

  • @carcarvine2204

    @carcarvine2204

    4 жыл бұрын

    Thanks

  • @zubeedazubeeda4503
    @zubeedazubeeda45034 жыл бұрын

    Wwwww namatii tola dhugaa nu jiraadhaa

  • @nanatiiarsii141
    @nanatiiarsii1414 жыл бұрын

    Wwwwww heduu namattii tolaa Barumisii barisisaa garuu A C D mafi nunibarisisinaa barisisani igilifasuni shamaranii Xaqalaa jiraa kk

  • @hasbullahiiwanimalwakiil1504
    @hasbullahiiwanimalwakiil15044 жыл бұрын

    Barsisaa ofiin jettu. Mata dureyyu baresuu bektanuuu

  • @odaakeenya
    @odaakeenya4 жыл бұрын

    Hedduu namatti tola. ciccimoo ijjoollee! Suusii nutti taatani aboo. Maatii koo wajjin yeroo baayee isin daawwanna.

  • @ormumanhundadursa2404
    @ormumanhundadursa24044 жыл бұрын

    Wooooow heduu namtti toltuuu 💋💋💋🌹🌹

  • @obsamohamed2923
    @obsamohamed29234 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk osso hin lalini kanin Caallaa lale kofle malaya yeroon lale bodaa wooooww

  • @guutamaibrahim5589
    @guutamaibrahim55894 жыл бұрын

    Biya mijjaa hujii tana isinif qabdu rabbiin isin ha geessu isin ja.a

  • @carcarvine2204

    @carcarvine2204

    4 жыл бұрын

    Aaaamin .....🙏

  • @seenaadhugaaentertainment1257
    @seenaadhugaaentertainment12574 жыл бұрын

    Kkkkkk wayii mudii keesaan barsiisaa inumayuu namatuu isiniraa basaa jaketiii😆😆😆😆😘😘😍😍😍👌👌

  • @sumayabntislam7713
    @sumayabntislam77134 жыл бұрын

    Wow hedduu Garidhaa jajabadha 💞

  • @burtukanetupi5267
    @burtukanetupi52674 жыл бұрын

    I love you carcar vine .hedduu isin jalladha jabbadha .isin fanna jira wanta hundanu.😍😍😍😍😍😍👈

  • @rihandire9421
    @rihandire94214 жыл бұрын

    Jollee dire vine fi jollee carcar vine bayeee isin jalana jabadha jollee oromo qali ❤️💚❤️

  • @maftahahbabujaanababujaana6996
    @maftahahbabujaanababujaana69964 жыл бұрын

    Jabadha namati tolaa qaliwaan teena

  • @WalabuTube
    @WalabuTube4 жыл бұрын

    Kkk Wwwww hedduu namaatti tola jabadhaa

  • @nanatiikalil7635

    @nanatiikalil7635

    4 жыл бұрын

    Heduu Namati toltan CARCAR VINE jabadha 💜

  • @sadeealiyi287
    @sadeealiyi2874 жыл бұрын

    Woww hedu das nama jatan dhuga rabii nuf jabadha

  • @amaramar-lg9yw
    @amaramar-lg9yw4 жыл бұрын

    hedu wan gari hojatanhi jabadha hogu akanumati kkkk garuu sijara hidhugena

  • @suziemalla2520
    @suziemalla25204 жыл бұрын

    Kkkkkkk aja.bumma qabdani nufi jiradha hundi kessani haa ta.u kanumanile nura hin badin I love you so much 🌹🌹🌹❤️❤️❤️

  • @iftuuhirphoo3582
    @iftuuhirphoo35824 жыл бұрын

    Log life carcar vine mucaa Caallaa jedhamu suni barsiisa na barsiise wayyi na fakkata nuuf jiraadha sanyiiwwaan

  • @seeaaa5043
    @seeaaa50434 жыл бұрын

    Bagaa nagaa dhuftaan jenee

  • @damozechomee6174
    @damozechomee61744 жыл бұрын

    Bayyee naamati tolaaa qaalbii naa fuudhee

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee5564 жыл бұрын

    Mashaalaa allaa barasisaa tatee wwwwwwwwwww jabadhuu sanyi ofii ❤❤❤❤💯💯💯💯💯👍👍💯💯

  • @aynebmohamed6172

    @aynebmohamed6172

    4 жыл бұрын

    Wooow jabadhaa heduu baredaa itii fufaa

  • @flyboy516
    @flyboy5164 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk hedu nama buharsaa wanii irraa dabarre nuu yadachiifttan glatoma jabaadha carcar vin

  • @princesselove4905
    @princesselove49054 жыл бұрын

    Bayee baredaa jabadha Akanumati iti fufaa

  • @biqiltuusanyiioroomooromoo5636
    @biqiltuusanyiioroomooromoo56364 жыл бұрын

    Hahahahaha bay'e dasi jedha jabdha

  • @JAZDire
    @JAZDire4 жыл бұрын

    God Job 😂 💪 CARCAR VINE & DIRE VINE 💓 From ➡ Jaz Dire Channel Akanattin isiin beeka ga joollee biyyaa Fakeenyale nuuf tatan ja'etin yadha hoggaa akkanatti walii dhfutanii wajjin dhaleydhan so for all jabadha qomoo koo 💓

  • @ikimaawallagaa437

    @ikimaawallagaa437

    4 жыл бұрын

    Namatii toltuu garuu muziqaa hin daneesinaa addara rabbii irraa isiingafataa Nutiilleen diramakessan bayyee jalanna sirbaa kessantuu nudabara malee

  • @AminaAmina-nz6yr
    @AminaAmina-nz6yr4 жыл бұрын

    Ebanee hangaa birraa gettuti immaa filadhuu

  • @kamariaobsejaaraa1081
    @kamariaobsejaaraa10814 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkk uuuuufiii barumsaa yadhadhee namatii tolaa

  • @imanabduqadir7200
    @imanabduqadir72004 жыл бұрын

    Wowow hedu takaa namatii tola jabadhaa 👍👍

  • @ibsanasir6248
    @ibsanasir62484 жыл бұрын

    Baayyee Namatti tola jabaadhaa Jajjabaadhaa qeerroo ♥

  • @oromoongaraalaafa5189
    @oromoongaraalaafa51894 жыл бұрын

    Jabaadha jajjabewan keenya

  • @halimahakima3647
    @halimahakima36474 жыл бұрын

    bagaa nagaandhuftaan ijoollee oroomoo

  • @leelloojiruu5020
    @leelloojiruu50204 жыл бұрын

    Kun barasiisa miti motummaa abbaa ireetii😀😃 joollee dhukkee irra kaase🙆🏼‍♀️

  • @abdisaaabdisa9784
    @abdisaaabdisa97844 жыл бұрын

    Bayyee namatii tolaa jabadhaa jollee tenyaa heduu

  • @ferdosferdos8104
    @ferdosferdos81044 жыл бұрын

    Waw best dirama 👍👍👍👍👍👌👌👌👌

  • @misslensaorogirl4281
    @misslensaorogirl42814 жыл бұрын

    Joolle fuull nyaate garaa hin dhukkubsin 😁😁

  • @ashakadir7970
    @ashakadir79704 жыл бұрын

    heddu bareedaa dhaa jabadhaa

  • @sofiyaabasi3521
    @sofiyaabasi35214 жыл бұрын

    Wow mashaalla mashaalla ijjole akamitii namatii toltani mashaalla mashaalla jenne dachadacha wolayyii nama gamachisa galatoma gudda issa akasumasi umrri nu dheradha I love you ❤❤❤❤❤❤❤❤💞❤❤❤oboleyyani kotii isini hundinu uuuuufff osso dirama isini wojjini hojjadhe isini gargara💋💋👌

  • @MohammedIbrahim-oi4xw
    @MohammedIbrahim-oi4xw4 жыл бұрын

    Maqaan kiyya Abrahim Ahmed jedhama Caala fi Badhaaso baay'ee natti toltan galatomaa

  • @hindiamohammd406
    @hindiamohammd4064 жыл бұрын

    dhadhaa san jenan waa yaadadhe

  • @raheemaa5438
    @raheemaa54384 жыл бұрын

    Wowowowowowo bayee Namati Tolaa jabadhaa itti fuffa 😘😘 😘😘

  • @dasicaaffeeanannii4312
    @dasicaaffeeanannii43124 жыл бұрын

    Wowowow heduu Nama hawataa Nama toollaaa jabadhaa joollee tenyaa jababesuu qabanaa warenee akka kiyyaa kanati hodafatana hundii keesaan galatomaa KZread channel kana subscribe godhu dagatinaa 📸

  • @biftuuoro8752
    @biftuuoro87524 жыл бұрын

    Hedduu bareddaa dhugaa

  • @direvine1698
    @direvine16984 жыл бұрын

    Thanks team Carcar Vine Nu Afeeru kesanif galetomaa🙏 Aksumatile achumanu DIRE VINE subscribe goduu hn dhagatiinaa galetommaa

  • @direvine1698

    @direvine1698

    4 жыл бұрын

    Hye sif godhe

  • @alemamohammed8944
    @alemamohammed89444 жыл бұрын

    Career vinne jabadha ittii fufaa

  • @AGSTUBE
    @AGSTUBE4 жыл бұрын

    Waawu baayyee namatti toltu jabaadhaa

  • @hawwiiahmed9643
    @hawwiiahmed96434 жыл бұрын

    Jabadhaa carcar heddu isin jaladha

  • @leelloojiruu5020
    @leelloojiruu50204 жыл бұрын

    Kkkkkk 🤣😁 barasiisa iyaaloo barsiisa masatika nyaata 😁😁

  • @ashash9382
    @ashash93824 жыл бұрын

    Walhi barsisaannii 2 fi kollfinn nafixxeee🤣🤣🤣🤣🤣

  • @Reem-gt7vf
    @Reem-gt7vf4 жыл бұрын

    Barsiisaan Lamar muudin isaa naa ta'ee jiraa❤❤❤👄👄👄👄👌👌👆👆👆👆👍👍👍

  • @sumeyyacarcarhabroo
    @sumeyyacarcarhabroo4 жыл бұрын

    Wow hedduu namatti tola

  • @naniyeefikr7863
    @naniyeefikr78634 жыл бұрын

    Wo wowowo namatii tolootani jabaadha kk barsiisa namatii tollotanii

  • @mareyaarsiilij3193
    @mareyaarsiilij31934 жыл бұрын

    Kkkkkkkk Barsisaaa kenya akkm das nama jetaa jabadhuuuuu

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera8264 жыл бұрын

    Wayii mastiikaa kkkkkkkk maa akkas dafqaa sigaaraa xuuxe uuuuu ya hojii ke jabaadha qomoowwan koo

  • @fatyalsab6535
    @fatyalsab65354 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣bayee baredaa dhugaa jabadhaa itii fufaa👍🏾👍🏾👍🏾👍🏾👍🏾👍🏾👌🏾👌🏾👌🏾👌🏾👌🏾👌🏾👌🏾👈🏿👈🏿👈🏿👈🏿

  • @sabbontukadiir6014
    @sabbontukadiir60144 жыл бұрын

    Www bay'ee namati tolla jabadha 😍😘

  • @haleemamussa9992
    @haleemamussa99924 жыл бұрын

    Uuuuuuff barumsa nuyadachiftan

  • @riyadtv6841
    @riyadtv68414 жыл бұрын

    carcar vne hedduu takkaan isin jaladhaa

  • @bishrimohammed8833
    @bishrimohammed88334 жыл бұрын

    jabaadhaa

  • @yaawaaqayyooatiihundaadand9352
    @yaawaaqayyooatiihundaadand93524 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkk yaa hojii keessan caalaa & badhoo namatti toltuu jabaadha

  • @ummukaalid4288
    @ummukaalid42884 жыл бұрын

    Kkkkkk way carra kee kan shamaran ilaalu kuni ajaa,ibaa waan duraan keessa darbine nuu yaadachiftan galatooma qommowwan tiyya uuuufff kkkkkkkkk

  • @saaraetich4605
    @saaraetich46054 жыл бұрын

    wayii barsisa badhasaa imoo sijaraadhugaa aradaa ira silaa bilisatahuu qaba barsisan jabadha isini jaladhaa waniti isin gotaan hunduu isira baredda

  • @zubeetube3871
    @zubeetube38714 жыл бұрын

    Baay'ee namatii tola jabaadha halumaa kanan itti fufaa……

  • @hawiitube4173
    @hawiitube41734 жыл бұрын

    Wwoow.baga dhufatan

  • @hgsfamily469
    @hgsfamily4694 жыл бұрын

    Hedu baredadha jabadha

  • @falmeetubeoromo6860
    @falmeetubeoromo68604 жыл бұрын

    Wwwwwooo baayyee baredaani

  • @Ikraam259
    @Ikraam2594 жыл бұрын

    Baay’ee namaati tola galatoma

  • @yasinabrasha6497
    @yasinabrasha64974 жыл бұрын

    Good dirmaa

  • @lubuulubuu6523
    @lubuulubuu65234 жыл бұрын

    Bayye dansadha jabdhaa oro koo 🙏🏻

Келесі