ForX Entertainment Media: QOPHII ADDAA" Akka Buutittin Si cafaqa"

Ойын-сауық

ForX Entertainment Media: QOPHII ADDAA" Akka Buutittin Si cafaqa"

Пікірлер: 340

  • @bashashamuca1896
    @bashashamuca18968 ай бұрын

    Koflaan nu fixxee oro ko ❤ haaluma kaanan bohaarti kessan nurra hin kutinaadha jajjabaadha ilmaan ayyaa❤👏 dhugumati bayyee tokko isin waliin bohara ture akkuka waan isin bukke jiru tokkoti ❤ bohartin kessan ittii ha fuufu...❤👏

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤Ogeeyyiin for x Entertainment aswrwb kan beekuu ni yaadaa mana ofii Kan eeguu ni Barsiisaan dhagayaan ijjis bakkuma jirtuuti wal'ansaa jechama UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb gzx USA state university of California humni dhageeffatu jobeeyoden

  • @sumaya5765
    @sumaya57656 ай бұрын

    As wr wb jiratani umata qashati garu muslima tatni salma jedhuni dhabuni kesani hin gada ani malifi jenani rasuli rabin diqa gudani kesani salmatia basisa baka demtani hu 8:53 dati salwata busa SAW ❤❤sagntin baredudha baka salma sani siresa dhifama wajin ❤❤❤❤

  • @tamimaa1194
    @tamimaa11948 ай бұрын

    Dhugaa dafaa kotaa dasii jetuu umataa jaalalaa❤❤❤😂😂😂😂😂

  • @siifaantonkolu1657
    @siifaantonkolu16579 ай бұрын

    Mana qabalee San naaf tatee❤😂 maalifii oromo tiyyaa waan rakkataan qarqaree 😊😊❤❤

  • @turinamahadi7646
    @turinamahadi76469 ай бұрын

    Wooow mashaa allaah hedduu namaa toltaan dhugaa jabadhaa ittii fufaa ❤😂

  • @UuUu-ls1qq
    @UuUu-ls1qq9 ай бұрын

    Jabaadhaa waan bareeda dalagaa jirtanii. Garuu Amaariffaan wol makaadha malee Ana gara kootii naaf tahee jira jiraadhaa horaa bulaa!!! Fakkaanyaaf jecha shillimaata jedhu fayyadamteerta tolee. Badhaasa jechuu qabda turte waa maraafuu hama sirreeffattaniif malee baay'ee isaa isinirraa miidhage tolee Kana caalaa jabaadhaa!!

  • @issayissa583
    @issayissa5839 ай бұрын

    Heddu heddu akamalle namatitola jabadha jajabadha ❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤Bakka riqicha Eegumsaa hin tuqinaa Daguun walk through reading yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Qalbiinis waraanaa qabeenyaa 2ffaa

  • @imaanmuyee4013
    @imaanmuyee40139 ай бұрын

    Maashaallaah hedduu nama booharsa qoppiin keessan ittuma fuufaa❤❤❤❤

  • @Muhammed_nadiir
    @Muhammed_nadiir9 ай бұрын

    Qophii Lammaffaa Sun nuuf Dabalamuu Qabdu ✊️✊️✊️✊️✊️✊️✊️✊️✊️✊️✊️

  • @saeedahmed5172
    @saeedahmed51729 ай бұрын

    eergaa bareedaa Ofii keessa qabaa asuu jabadhuu gaaffii babbared gafattee ati ❤❤❤ isani immoo wanuma dargaggeeysi keenya yeroo amma ittii jiran debisaan. shamarran keenyammoo keessattii if ilaaluu qabdan 😢

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤TOKKUMMAAN Qalbiinis waraanaa qabeenyaa Uffataa Eegumsaa

  • @ililiishow
    @ililiishow9 ай бұрын

    Waaaaaw jabadha hedu nama boharsiitan dhuga ittii fufaa❤❤❤

  • @amiirshow1882
    @amiirshow18829 ай бұрын

    Mashaa alha hedu barnoota nuf laacha jirtani galatomaa jajjabadha❤

  • @fatumaahmed3946
    @fatumaahmed39467 ай бұрын

    Cala jalali sira na qabee maal jetaa hin bareda mashaallaa ok

  • @sofiaasfaw7234
    @sofiaasfaw72349 ай бұрын

    Wow baayee nama toltan gafii heddu nuu gaalatoma jabadhaa itti nuu fufaa ! Kuftee jirtaa dubba debie 😂😂❤️💜

  • @arifharun6996
    @arifharun69969 ай бұрын

    Wallahi duraanumarraa heddu des na jattan amma faa dhisihu hin gaafatini kessafu isin hunddi❤❤❤❤

  • @aarifisaaq478
    @aarifisaaq4789 ай бұрын

    www jabaadhaa garuu diraamaa feena itti nuuf fufaa Diraamaa san❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @ifabas_i
    @ifabas_i9 ай бұрын

    All of you I love you

  • @FalmataSabito
    @FalmataSabito8 ай бұрын

    Maasha Allh Maasha Allh Hedu namati toolh

  • @madeiaalhousani2294
    @madeiaalhousani22949 ай бұрын

    Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha

  • @ahmedalp4053
    @ahmedalp40539 ай бұрын

    Itti nuuf fufuu qabdan. especially badho fi callaa ofitti dabaluun keeysan saganticha haalaan bareeche.🙏

  • @umar3583
    @umar35839 ай бұрын

    Wow 👌 hedduu nubohaarsital dhugaa jabaadha continue

  • @user-gy6qk8qu9d
    @user-gy6qk8qu9d9 ай бұрын

    Inistook itti fayyadamuu eegaleen Jira aappii haarwa haarawa ammaa Amma nufidi badhoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤forx isin jaalannaa jabaadhaa

  • @user-wb1cg3ve2i
    @user-wb1cg3ve2i6 ай бұрын

    Garii dhaa sabantu orroomoo yk saboontoota oromoo IlmaanAyyaa jabadha Garu yerroo hijaaba godhatee nati toltaa jabadhuu sapiraasi sigoneejiraa jabadhuu

  • @Sinaantub
    @Sinaantub9 ай бұрын

    Uuuuuufffffeeee faata na gotaan jabaadha gosh qoomo koo bayye Namati toltuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤yaannis wal'ansaa kanaaf daguun Eegumsaa Mana barnootaa karaan gadaammeessaanis dhorkaa osoo deemnee qalbiin wal'ansaa gurra mootummaan

  • @AliimaaAbdooo
    @AliimaaAbdooo7 күн бұрын

    Wly bilyayii bayee namatii toltuu itii fufaa kesumatuu ijoleen Kun bayee nama kofalchisuu😂😂😂😂😂😂😂😂garaa nadhukufsitaan kolfaan❤❤❤❤❤

  • @Masarattube
    @Masarattube7 ай бұрын

    Jabadhaa bayyee namaa gammachisittuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤

  • @sulxanahamad-gh5tk
    @sulxanahamad-gh5tk9 ай бұрын

    ❤❤❤❤hedduu nama tolaa❤jabaadha

  • @merciful1731
    @merciful17317 ай бұрын

    Hedduu namaa tollaaa dhugaaa jabadhaaaa ❤❤❤❤❤

  • @Boruufamily
    @Boruufamily9 ай бұрын

    keep up the good work so much fun I Love you so much

  • @oromootiyya9142
    @oromootiyya91429 ай бұрын

    Wow bayyee namatti toltuu❤❤❤❤❤❤ jabadhaa❤❤❤❤

  • @YASINTUBE230
    @YASINTUBE2309 ай бұрын

    Kkkkkk jabadha

  • @KkKk-to9df
    @KkKk-to9df9 ай бұрын

    Masha allah Masha allah ittii fufii namati tollaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Jamiila275
    @Jamiila2759 ай бұрын

    Mashaaa Allah hedduu kolfee Walaayii

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    MANA ABBAAN HON DHAGEENYEE SOCHII ONNEE M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Dubbisi hawaasaa dhibee barsoisaa onneerraatti

  • @ArifahmedHabib
    @ArifahmedHabib9 ай бұрын

    ❤❤heduu namatii toola jabadha❤

  • @user-ep7ly9vv1e
    @user-ep7ly9vv1e9 ай бұрын

    Mashaa allah❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdilahieilmi3559
    @abdilahieilmi35599 ай бұрын

    Mashaallah aleyk wlh koflaan nu fixaanii jabadhaa oromoo koo

  • @soka_vine
    @soka_vine9 ай бұрын

    ❤❤❤ abbaa dibichoo family nuu fidaa yaanneerra

  • @tube-uk7ib
    @tube-uk7ib9 ай бұрын

    𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐛𝐮𝐭𝐢𝐭 𝐬𝐢𝐢 𝐜𝐚𝐟𝐚𝐪𝐚😂

  • @user-zb4cb1lr8m
    @user-zb4cb1lr8m7 ай бұрын

    Mashaa alhaa hedduu namati tolaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @iftuuabdellahabdellaah4901
    @iftuuabdellahabdellaah49019 ай бұрын

    Wowwww heddu namattii tola jolee tenyaa qimaami

  • @user-jl2pv2gr1r
    @user-jl2pv2gr1r8 ай бұрын

    Masha Allah Heduu Nama Buharsaa itii Fufaa

  • @firiioro
    @firiioro9 ай бұрын

    Jabadhaaa hedhuu namatii Tolaa ❤😊

  • @smsamirabayan1950
    @smsamirabayan19509 ай бұрын

    Wowow jabadhi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-qg8zt5bc4n
    @user-qg8zt5bc4n7 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤wwwwww oromo lam from turkey 🇹🇷 🎉🎉🎉🎉

  • @REDIFUNSHORT
    @REDIFUNSHORT9 ай бұрын

    Bayye namatti tola jabadha

  • @badriyabadriy974
    @badriyabadriy9749 ай бұрын

    Namatii tolatanii kkkkkkk garuu aktii kolfini ❤

  • @astechtube
    @astechtube9 ай бұрын

    Welcome an ha dhufu Good job

  • @user-nc3dx4mv6h
    @user-nc3dx4mv6h9 ай бұрын

    Mashala ❤❤❤❤namati toltan😂😂😂

  • @ibsishago2114
    @ibsishago21149 ай бұрын

    Jabadha💪🏽❤

  • @duniyatubeAcd
    @duniyatubeAcd8 ай бұрын

    Qopheesituun hunda keessanuu ni jaalatii❤❤❤

  • @burhan-72.4k
    @burhan-72.4k9 ай бұрын

    wow isin dhugaan madda kolfa kootiiti

  • @magarsayuya3146
    @magarsayuya31469 ай бұрын

    Bayyee namati tola ani garu kiya karu kanatu nati tolle❤❤❤❤

  • @tamimaa1194
    @tamimaa11948 ай бұрын

    Mashalaa mashalaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-on1zm3mp8n
    @user-on1zm3mp8n9 ай бұрын

    Maashaa Allah 😂😂😂❤❤❤❤❤

  • @muazabdusalem4249
    @muazabdusalem42499 ай бұрын

    Hhhhhhhhhh 😂😂😂😂😂😂😂 wayi Dibichoooo 😂😂😂😂😂 nice ❤️

  • @maameamahad2023
    @maameamahad20239 ай бұрын

    Bashanana Bareda

  • @anuaabadhasoanuaabadhaso2084
    @anuaabadhasoanuaabadhaso20849 ай бұрын

    Anii maraa lamaa iraa debee lalee haga dhumaa namatii tolaa

  • @cawilyare9878
    @cawilyare98787 ай бұрын

    Jabadha koromii shaggoye😂😂😂❤❤❤❤❤

  • @aldanahaldanah9300
    @aldanahaldanah93009 ай бұрын

    Wow itii fufaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @ayantube6893
    @ayantube68939 ай бұрын

    Mashallah

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤❤ Hawaasnii Yaada wal hin arguu Gariu Qaama Qalbii barsiiftanii wal eeguu wal arguu Kanaf Beekan biyyoota haa bulfatuu Hawaasnii hayyoota Darddarraanifi Qatar laftis riqicha Biyyaaf Bukhari bultiinis bulchiinsa lafaatiin Egypt ittii himii jalaala ilmaanii ykn gurriis Geejjibni

  • @bahadurmia4530
    @bahadurmia45309 ай бұрын

    Dhuga das jaya

  • @user-kp4lp4hs3f
    @user-kp4lp4hs3f9 ай бұрын

    All of nice ❤❤❤😂😂

  • @nanatiinurruu174
    @nanatiinurruu1749 ай бұрын

    Akaam akka namaa toltaan❤❤❤kolfan nuu ajestaan😅😅😅

  • @usernameb15290
    @usernameb152909 ай бұрын

    M allah natti tolttan dhugaa Jabaadhaa

  • @caaltuuorotube4636
    @caaltuuorotube46369 ай бұрын

    Bayyee Namatii toltuu❤❤

  • @senaagudata8018
    @senaagudata80189 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤bayyee namati tolaa

  • @misraibrahim750
    @misraibrahim7508 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂👍👍👍

  • @user-qw4xj3cm9p
    @user-qw4xj3cm9p9 ай бұрын

    Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa 😂😂😂😂😂😂

  • @mawardihassan4761
    @mawardihassan47619 ай бұрын

    Jabadhaa😊

  • @faayooabdii7445
    @faayooabdii74459 ай бұрын

    Wowow ❤❤❤❤

  • @bultumtv
    @bultumtv9 ай бұрын

    Jabadha

  • @KalidAliyyi
    @KalidAliyyi7 ай бұрын

    Bashananaa

  • @user-uh6op4yo7s
    @user-uh6op4yo7s9 ай бұрын

    Mash Allah ❤❤❤😅

  • @Seyfulislaamislaam
    @Seyfulislaamislaam2 ай бұрын

    As Wr Wb qooda tiyya rabbi sihaataasisu aamiiiin naaf je'i

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74199 ай бұрын

    ❤❤Haqa ilmi namaa uumaamaan walirraa fudhatee rafaa/Hirribaa fi Cidha/Gaa'ila ilmaanin aswrwb laftis riqicha Eegumsaa

  • @GammachuuGammadaa-zw1yg
    @GammachuuGammadaa-zw1yg9 ай бұрын

    Hedduu bareedaa itti fufaa

  • @momon4956
    @momon49569 ай бұрын

    Wow itii fufaa❤❤🥰🥰🥰

  • @hananabdalla8275
    @hananabdalla82759 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @Biqila553
    @Biqila5539 ай бұрын

    2:49 dhuga jabadha❤

  • @Oropappaa
    @Oropappaa8 ай бұрын

    Mashaalhaa

  • @bareeduuarsiilove3128
    @bareeduuarsiilove31289 ай бұрын

    Wowowo 🎉

  • @TaajuuMahammad-pv2kg
    @TaajuuMahammad-pv2kg9 ай бұрын

    Wow biraa inspr

  • @hendnaaman
    @hendnaaman8 ай бұрын

    Jabaadha ijoole oromoo

  • @user-gf6qb1ki4e
    @user-gf6qb1ki4e9 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤hedduu nama tolaa ❤jabaadhaa

  • @marwaantube
    @marwaantube9 ай бұрын

    Wow

  • @GaaddisaaHaajiii
    @GaaddisaaHaajiii3 ай бұрын

    Abba dibichoo maaf diftan garuu bay,ee namatti toltu please itti nuuf deebi,a❤❤❤❤

  • @hafizshemsudin5260
    @hafizshemsudin52609 ай бұрын

    Jabaadha

  • @arifotube2386
    @arifotube23868 ай бұрын

    Wowww

  • @user-qg8zt5bc4n
    @user-qg8zt5bc4n7 ай бұрын

    Wwwwww masha alaha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @UmmSalih-xe7wp
    @UmmSalih-xe7wp9 ай бұрын

    Namati tolltani itti fufaa❤

  • @user-dp7pu6ls7o
    @user-dp7pu6ls7o9 ай бұрын

    Mashaa allhaa

  • @alksrij925
    @alksrij9259 ай бұрын

    Namatii toltaan jabadhaa

  • @stargallery2283
    @stargallery22839 ай бұрын

    Wow❤❤❤

  • @awelmohammed4177
    @awelmohammed41779 ай бұрын

    Jabadhaa

Келесі