Pirank Hanichoo Irratti 🤣 Dubrummaan Laaladhaa Mana Hirriibaa Nagalchi ja’ee Irratti dalage kkk 🤣

Фильм және анимация

Пікірлер: 731

  • @hamzaaentertaiment
    @hamzaaentertaiment10 күн бұрын

    Namni jafe jaalattan comment tana like godhaa❤❤❤❤❤ isin jaalatamtoota

  • @GhdHhhd
    @GhdHhhd10 күн бұрын

    Naa Duraa lale like naf godhaa❤😢

  • @hayatmohammed8436

    @hayatmohammed8436

    10 күн бұрын

    😂😂😂😂😂😂

  • @GhdHhhd

    @GhdHhhd

    10 күн бұрын

    @@hayatmohammed8436 keher

  • @Obsaamin1

    @Obsaamin1

    10 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @user-vm5wr6to7r

    @user-vm5wr6to7r

    5 күн бұрын

    Us joollee

  • @ukashaorotube5885
    @ukashaorotube58858 күн бұрын

    Pirankima ijollee oromo dalagan keessaa kan attii dalagduu hedduu namattii tollaa, Halumaa kanan ittii fufii bro ❤

  • @LalisaShanoo
    @LalisaShanoo10 күн бұрын

    Namni na jaalatu coomanti tan like godhaa

  • @BoontuuBoonaa
    @BoontuuBoonaa10 күн бұрын

    Hanicho jiraadhu ati wolhii gobase Kara garii irraa jirta rabbii sii haa jabeessuu jabadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @murtee

    @murtee

    10 күн бұрын

    Rabbi haa qaceelchu ji'ii kadhadhuuf

  • @BoontuuBoonaa

    @BoontuuBoonaa

    10 күн бұрын

    @@murtee ee Garu sirbi harama Garu isiin waan dhugaa dubate nama waan bada dalguuf deemuu itti hin dhifne mana isiin keessaatillee akka dalgaan hin barbaane waan hundaafu rabbiin sirbaa irraa gara quraanati isii haa deebiisuu .

  • @MuraadAbraahim-hm7qg
    @MuraadAbraahim-hm7qg8 күн бұрын

    Namni rabbi jaalatan comenti like ❤ godhaa

  • @YasminMamma
    @YasminMamma9 күн бұрын

    Hannichoo maashaa Allah sirba keelle baayye jaaladha akkasuma hojiin kee baayye namatti tola ❤❤

  • @uas-ic2nz
    @uas-ic2nz10 күн бұрын

    Jafe pirank Maa irraa fagatee akkuuma yokaaniitti waal jalaa nuufii hojaadhu gadii dhiisi suusii nutii taate pirankin tee ❤❤❤❤❤

  • @HamzaaTube-bb8ny
    @HamzaaTube-bb8ny8 күн бұрын

    Hanicho friend Tiyaa Jabdudha comment Tana like godha😂

  • @Soofii-9
    @Soofii-910 күн бұрын

    Pirankima oromoo dalagdu keessa kaan kee bichaa Nama booharsa jabadhuu ❤

  • @anasdiamond8197

    @anasdiamond8197

    10 күн бұрын

    Isan hundinu Wal tahani dalagan

  • @anaabrahim7098
    @anaabrahim709810 күн бұрын

    From London l Like Idea ❤❤😅

  • @AbdiiUmer-re4rm

    @AbdiiUmer-re4rm

    10 күн бұрын

    😢

  • @user-fx6kv3gl9c

    @user-fx6kv3gl9c

    5 күн бұрын

    😂😂😂😂😮😮❤❤❤❤🎉🎉😊

  • @girmayemeseret1072
    @girmayemeseret107210 күн бұрын

    Abboo haalan isin jaalladheera, ammallee jabaadhaa!

  • @yasaabrahim9778
    @yasaabrahim97789 күн бұрын

    no ex no next, Hanicho and Jafe is the best! Really I appreciate tou H&J... 😍 🤣 😂 🙏 🙏

  • @nibruahmed
    @nibruahmed6 күн бұрын

    Camera laalu jirtti bar hanichon agartte jirtti ??😂😂

  • @Halalshow
    @Halalshow10 күн бұрын

    😂Hintauuu😂😂😂😂hy hanichooo hedduu naf Tata bar😂

  • @Hawwiientertainment4565
    @Hawwiientertainment456510 күн бұрын

    Hanichoo hedduu natti tolee gochii kee❤❤❤❤

  • @ShJabed-mu4dx
    @ShJabed-mu4dx9 күн бұрын

    Anichoo love ❤️ 😍 💖 😊

  • @user-bb3di9fr5l
    @user-bb3di9fr5l6 күн бұрын

    Namni na jalattu comment tana like godhi

  • @Nature23118
    @Nature2311810 күн бұрын

    Wooooooow I like it jaaffee.....😂😂😊👌

  • @chelaejerso4931
    @chelaejerso493110 күн бұрын

    I’m from America living 🇺🇸🙏🙏🙏

  • @AhmadAhmad-hh2er

    @AhmadAhmad-hh2er

    7 күн бұрын

    ❤❤❤❤😂❤❤❤❤

  • @nasrahassam4832
    @nasrahassam48327 күн бұрын

    Masha alla mana dera isin dhorkun isidha heddu nagamachise

  • @sayyabintdafis7037
    @sayyabintdafis703710 күн бұрын

    Hanicho mashaalah ❤❤

  • @FandiishMaxmed-cz7kh
    @FandiishMaxmed-cz7kh8 күн бұрын

    Abo jafee malii parankii akana hanochoraa daleyduu guyuu😂😂😂😂 awo miskinaa dhisikaa waylee😂😂😂😂😂

  • @HamidMamee
    @HamidMamee6 күн бұрын

    irfoona kenninaafi irphoona haa kaayyattuu jattee😅😅😅

  • @BeyanAbdukar
    @BeyanAbdukar8 күн бұрын

    Hanicho Hanna maashaa Allah galatoomi my sister

  • @FahmiiJamaal
    @FahmiiJamaal10 күн бұрын

    Hanni chointun namadhugaatu waallaahi safuubektii gaafa isiin sirbitu Nama Akkanaahinseenee😅😅gobas

  • @gudinafgonana1502

    @gudinafgonana1502

    7 күн бұрын

    Bar namni sirbu safuu hin beeku jechuun ni ulfaata keessattuu weellistoonni Oromoo baayyeen isaanii amala badaa qabaatanii miti kan sirban.

  • @DursaHeydar
    @DursaHeydar10 күн бұрын

    Jafee male jiraa kan manaa ofittile jalaa hin banee pirankii issa 😂😂❤

  • @Gazi896

    @Gazi896

    7 күн бұрын

    😂😅

  • @MameOro-lc3of
    @MameOro-lc3of10 күн бұрын

    Wanin aka posti ketii jalluu qabu😂❤

  • @naseemasaif1945
    @naseemasaif194510 күн бұрын

    Omg pirank jef akaa oromooti tokofaa 😂😂😂😂😂eee ishen danyaa kesanii😮

  • @user-eo6tw9hw3b
    @user-eo6tw9hw3b9 күн бұрын

    Hannichoo qashxii kana akkatiin jalladhuu bareedduu koo❤❤❤❤❤❤❤

  • @PagolCagol-om2sr
    @PagolCagol-om2sr10 күн бұрын

    Mashaalah 👍 haduu takkaa ittiin boharee

  • @NabiyatMuktar-ng1ku
    @NabiyatMuktar-ng1ku10 күн бұрын

    jafe nama hin tatu wlhi😂😂😂

  • @user-ng5cw4fu9i
    @user-ng5cw4fu9i10 күн бұрын

    Kkkkk Masha Alah ❤ Garuu Wal Jalatanii Lataa

  • @TolaMohammed-zd3tf
    @TolaMohammed-zd3tf10 күн бұрын

    Wel come back❤

  • @KimiKoo-zj1hz
    @KimiKoo-zj1hz10 күн бұрын

    😂😂😂😂😂 deebiin ishini namati tola hanichoo❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-Eebbsaa
    @user-Eebbsaa9 күн бұрын

    Hanichoo jabbadhuu safuu ni beytaa jafee piranki it fufii jabbadhuu obbollesa koo galatomii barumsa namaf kenii,te.jirtaa❤

  • @IbrahimUmar-ct3sw
    @IbrahimUmar-ct3sw10 күн бұрын

    ❤❤❤❤ jaaffee 100km mitii 100m siin mala qaalii namaa jabaadhu

  • @safia1290
    @safia12909 күн бұрын

    Prank jechun kana kalas😂hanicho 👍👍baga dide mani kee bergodha😂😂

  • @REDIMANTUBE
    @REDIMANTUBE10 күн бұрын

    hannicho tana maalif hin dhiifne yaa jaffe. Hannichon tun miskina rabbiti.🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @LammiishaAbdurezak-te5ji
    @LammiishaAbdurezak-te5ji7 күн бұрын

    OMG 😳 mashaa allah jafe pranks to safuu eegadhaa

  • @Merobika260
    @Merobika26010 күн бұрын

    Wow jafe namatti tolaa yaada bareedaa abo natti toleeraa😂😂😂😂🎉🎉

  • @harar5230
    @harar523010 күн бұрын

    From manchester i like this video

  • @magarsaali7132
    @magarsaali71329 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤ Hanichoooooo Nama haqatiii , Masha Allah!

  • @shesiyatura3865
    @shesiyatura386510 күн бұрын

    Mashallah mashallah wwww nama tolaa ❤❤

  • @RahmaHussain-ok2mp
    @RahmaHussain-ok2mp7 күн бұрын

    Hanicho dhugaa Rabii nati tolte Baga didee 🎉❤😂

  • @siniBonaOroo
    @siniBonaOroo8 күн бұрын

    Masha Allah Masha Allah jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @KadiiirShow
    @KadiiirShow8 күн бұрын

    Waw jafee fataa nama gottaa, nuraa turtee❤❤❤❤❤❤

  • @RamadenUmar
    @RamadenUmar9 күн бұрын

    Wayoo jafee hujii te nyadhuu wly ❤❤❤❤

  • @hfdccjh3331
    @hfdccjh333110 күн бұрын

    Wayoo garaa koo numaan koflee Araa 😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @AshirJemal
    @AshirJemal9 күн бұрын

    Haniichoo Miqaa Anna gammachuudhaa hin dhiftuu 😂😂😂😂😂😂

  • @ofiinbontuubalee8409
    @ofiinbontuubalee840910 күн бұрын

    Ani danyaa tessaniiii😂😂😂😂bagaa jetten

  • @Urjiilee-Samiidhaa
    @Urjiilee-Samiidhaa10 күн бұрын

    Very funny😂😅. Hanichon Smartiidha No jette eegalaaraa annga dhumaati.

  • @user-mv4zk4lz2c
    @user-mv4zk4lz2c3 күн бұрын

    Garuu sisterin akka aja,iiba sii fakkesitee jabadhaa bayye namatti toltatnii isnin jalaadha ❤❤❤

  • @user-pm8uw9mu1m
    @user-pm8uw9mu1m10 күн бұрын

    Pirnkiin kee yeroo hundaa nama buhaarsa jafee 😂😂❤❤

  • @user-cf1fg2bj3f
    @user-cf1fg2bj3f10 күн бұрын

    MASHA ALLAH hanicho🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️

  • @sumearsi8095
    @sumearsi809510 күн бұрын

    Maashaaallh hanichoo❤❤❤🎉🎉🎉

  • @user-yk1iv6oh7t
    @user-yk1iv6oh7t10 күн бұрын

    Miskinaa tiyyaa hanuchoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @user-qi4dg1rp1j
    @user-qi4dg1rp1j10 күн бұрын

    Kkkkk Kkkkk hujji keessan abbo wolhi miskina tiyya hanicho

  • @TardeloTar
    @TardeloTar10 күн бұрын

    Kkkkkk dhugaa pirank kee namaati tolaa yeroo hundaa Yoon ilaluu kolfan tolaa

  • @GannooMahamad
    @GannooMahamad10 күн бұрын

    Anii wahii Danyaa tesaani jetee hanichoo😂

  • @AliyyishaQayyo
    @AliyyishaQayyo8 күн бұрын

    Maasha allaah wlh hannichoon haalan nama gaaridha

  • @HayatullTube
    @HayatullTube10 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤ jafe itti fufii kan akkanaa

  • @HamzeEditz
    @HamzeEditz10 күн бұрын

    As wr wb. Jafe.. videole ke hunda nin hordofa garu wanti sirra hafe Video editing. Yo video editara barbade .qophidha

  • @AbdusalaamNaasir
    @AbdusalaamNaasir9 күн бұрын

    Hannichoo qaalii sabaa manni kiyya huteelaamiti 😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @foysalfoysal4691
    @foysalfoysal469110 күн бұрын

    Ayii jafe hujii te.e nyadhu 😂

  • @AdinanAhmad-kp1ve
    @AdinanAhmad-kp1ve7 сағат бұрын

    Nyaadhu dhugii ati gudee 😮😂😂😂❤

  • @user-ot5ys8lw7k
    @user-ot5ys8lw7k7 күн бұрын

    Jaffee hojii kee nyaadhu kolfaan duhee hanichoo Nama jabadhaa❤❤❤❤❤❤

  • @hayyaatiamaan8204
    @hayyaatiamaan820410 күн бұрын

    Hanichii qali❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂

  • @Mirqansashow
    @Mirqansashow10 күн бұрын

    As wr wb baga nagayan dhufte

  • @Felmetamohammed8314
    @Felmetamohammed831410 күн бұрын

    😂😂😂😂😂😅😅😅 akkanaa! "Asitti laaltaa?"

  • @FinteShow
    @FinteShow10 күн бұрын

    Jabaa ko jabadhuu itti fufii ❤❤❤❤

  • @zubeydaazubeydaa457
    @zubeydaazubeydaa4579 күн бұрын

    Kaan nabaree isin lalee nara gale😂😂jabadhu jafe

  • @AbdulkarimGanna
    @AbdulkarimGanna6 күн бұрын

    Jaafer maashaa allh hojii jabduu irraa jirta jabaadhu kaa

  • @MurttiGuuto
    @MurttiGuuto10 күн бұрын

    Irraa kafalte ta isiin sharaaba sirratti neyxe san 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Hawwiientertainment4565
    @Hawwiientertainment456510 күн бұрын

    Jaffee hojii kee nyaadhu kiyyaa rukhutamticha😂😂😂

  • @user-ub1nm1rv2h
    @user-ub1nm1rv2h2 күн бұрын

    Eejjannoon hannichoon qabdu baayee nama dinqissifti. Rabbii munaashidaa islaamaa sihaagodhu.

  • @badhe_tube
    @badhe_tube7 күн бұрын

    An daanyaa teessanni jatte🥰😅

  • @AbomsaSani
    @AbomsaSani6 күн бұрын

    😅😅😅😅 yaboo jaffee jaza tee rabbi siha kafaluu😂😂😂😂😂

  • @Ethio_Islamic_Media
    @Ethio_Islamic_Media9 күн бұрын

    Ahsanta wollaaii hanichoo naa taate leenca ati ishii I love you hanichooooo

  • @mahamadmama9686
    @mahamadmama968610 күн бұрын

    Ati saagalee wahi baasta jete intaloon 😅😅😅

  • @KifayaahuseenKifayaa
    @KifayaahuseenKifayaa10 күн бұрын

    Wayii iiyyee tumaan kolfee wly😂😂😂😂😂😂

  • @OkmucaaArsii
    @OkmucaaArsii9 күн бұрын

    Gurbaa jafe prank mieefateemi😂

  • @FarreReact1
    @FarreReact19 күн бұрын

    Hanichoo jafe akka prank dalagu hin beytu

  • @user-ol5qm6qo5k
    @user-ol5qm6qo5k5 күн бұрын

    Halan namati tolaa jabadhuu bero

  • @BadhasaaRuduwaan
    @BadhasaaRuduwaan12 минут бұрын

    Jaabadhaa piraakii ajaibaa Dhugaa rabii 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @muaztemam-fv2mv
    @muaztemam-fv2mv6 күн бұрын

    Wallaahii Hannichoo Baay'ee natti tolte ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet132010 күн бұрын

    Waayii jafe hojjii kee moo duribbuummaalee lalachuu jalqabdee😂😂😂😂😂

  • @Family_izaddiin.
    @Family_izaddiin.10 күн бұрын

    Jafe ittuma fufi yaabboo galatoomi ❤❤

  • @Amaanueldasalegn
    @Amaanueldasalegn5 күн бұрын

    Jaaffee nuuf jiraadhu tolee prankii gaaridha.

  • @bashashamuca1896
    @bashashamuca189610 күн бұрын

    Welcome Buck jaffe🥰

  • @felmetajemal1064
    @felmetajemal10648 күн бұрын

    Jafe king of prank 😅👏

  • @Obsan88
    @Obsan888 күн бұрын

    Amazing ❤❤❤

  • @RobaSufi
    @RobaSufi10 күн бұрын

    Hanicho itth dhiisiikaa haaseenaani😂😂😂

  • @AaMm-tu1wu
    @AaMm-tu1wu10 күн бұрын

    Maashaalaa taabarkaahaa 🎉🎉🎉🎉

  • @ObsiuleeHayuuti
    @ObsiuleeHayuuti6 күн бұрын

    Gobazi akka ummuu afnani hanichooni jabadhuu

  • @Munzirjamaal454
    @Munzirjamaal45410 күн бұрын

    Jafe tube harar jiraa koottuu prank nagodhi please

  • @mahabba3213

    @mahabba3213

    10 күн бұрын

    Kkkk

  • @MARYAM.644
    @MARYAM.64410 күн бұрын

    Kanumaan Pranki Tahuu bekkuun Qanfadhee🤦‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️ 😂😂😂😂😂😂

  • @halfiya4173

    @halfiya4173

    10 күн бұрын

    😂😂😂😂

  • @faxeekadir445
    @faxeekadir4459 күн бұрын

    😂😂😂😂😂❤❤❤

  • @KhaalidGuyyee

    @KhaalidGuyyee

    6 күн бұрын

    Siif taate

  • @ajomam7898
    @ajomam78989 күн бұрын

    Jafe dalagaa kee😂😂❤

  • @BontuJafar
    @BontuJafar8 күн бұрын

    Hanicho ati jabadudha baga akas gote ❤❤❤

Келесі