Pirank Sabrina Irrtti 🤣 Mustariya Kaayroo Siitu Oofee Janne Gudii garsiisne kkk 😂

Фильм және анимация

Пікірлер: 588

  • @Tayba-mf3md
    @Tayba-mf3md18 күн бұрын

    Kkkkkkk way jafee hojii tee nyadhuu Ani Pirankii oromoo keesa kan jafee kanattuu nattii tolaa 😂😂😂😂😂😂

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash640020 күн бұрын

    Anis lammafa natu lale ,Like naf godha

  • @Shuremi.Urjiii
    @Shuremi.Urjiii20 күн бұрын

    Anatu tura lalee laik🎉🎉🎉🎉🎉

  • @NasruuNasha-um4ln

    @NasruuNasha-um4ln

    20 күн бұрын

    Jafee qashti aknaa nuu baharsii kaa waan haryaa aknaa nuu gahii kaa qashtii lij

  • @aleemaa1379
    @aleemaa137920 күн бұрын

    Anii yeroo maraa pirank jafee laluu bayee jaladha😂🎉

  • @IliyaasTurkoo
    @IliyaasTurkoo20 күн бұрын

    jafee.wekkham sabrinaa jamal biirhakii gooluf gaamanee.issii qoffhatuu siif haafee duuren amaa wekkham gaamanee

  • @Kamsina224
    @Kamsina22420 күн бұрын

    Way jafee sabrina dhukee irraa kaastan kaa😢😂😂😂😂😅

  • @Abdihussein-gv6iq
    @Abdihussein-gv6iq20 күн бұрын

    Sabrina kobullaa kee ufachan sii laallaa jiraa Uganda keessattii wow hedduu pirankii tatee

  • @HoneySweet-bu4gp

    @HoneySweet-bu4gp

    11 күн бұрын

    😂😂😂

  • @fuaadmammee7135
    @fuaadmammee713520 күн бұрын

    Jaafe baga nagayaan nuu dhuuftee sii'eegatiin turee

  • @MasterDursaa

    @MasterDursaa

    20 күн бұрын

    ❤❤❤

  • @user-il2mw9ds8i
    @user-il2mw9ds8i20 күн бұрын

    Way sabriina baaye Nu kofalchiiftan walhi, prnk ajaa.ibaa irratti daleydaan Nuu itti fufaa heedu sanirran tokko. Baaye Nu jaalachiiftan ❤

  • @KoyisanOroman
    @KoyisanOroman20 күн бұрын

    Jafee qashtti faata nu godhutti jiratta jabadhuu.🎉🎉🎉❤❤

  • @user-vy9te8pv2h
    @user-vy9te8pv2h20 күн бұрын

    Aja,ibaa firraa sihii egaan malee yaa jaffee 😂😂😂😂😂

  • @urjiitube6209
    @urjiitube620920 күн бұрын

    Ijolen hargege pirakii male haqatan filmii dalaga yaa akkii akka ijole kuta biratii

  • @SofSofi-cr2ou
    @SofSofi-cr2ou20 күн бұрын

    dhugaa jafe piraki kee bayyee jajjaba rabumatu itti farade worra ati piraki iraati daladu saan worra piraki dalagu keessa bayyee sii diqisissfadhaa❤❤❤❤

  • @hayathassan5394
    @hayathassan539420 күн бұрын

    Oh my gosh ummataa qashitii Sabrina prank hedu namatii sodachisu iraati hojjatani 😂😂😂😂lol

  • @madinamm503
    @madinamm50320 күн бұрын

    Atti gafaa xiqaa matnni lafaa butee kkkkkkkkkkkkk

  • @yusra.huseen6648
    @yusra.huseen664820 күн бұрын

    😂😂🎉tokkofaa lalee😂

  • @fatmahfatmah6234
    @fatmahfatmah623420 күн бұрын

    Essa badee❤ jafee sii yaanne❤❤ pirakii kee onnee ❤ nama dhabaa😊😂 jabadhuu

  • @GdGs-d3o
    @GdGs-d3o20 күн бұрын

    Miskinaa sabrinaa hojii kesaan Jaffe fi yasiin 😂😂😂😂

  • @user-go9qn9sx1r
    @user-go9qn9sx1r20 күн бұрын

    Sabrina ❤ obsitu Nama maqa dhuma kettu ilallani siif bassani mature kee Ilov You ❤❤❤❤

  • @muazamiin
    @muazamiin20 күн бұрын

    Jafe dhugaa wanti akkana kun dhumaan jiraa pirankille tahuu

  • @ObsaaAliyyii-fo5cg
    @ObsaaAliyyii-fo5cg20 күн бұрын

    Obbollessa kiyyaa qaallii jabadhu oromoo kiyyaa qaallii jaafe tube wow woww❤❤❤❤

  • @HarargittiLovemedia
    @HarargittiLovemedia20 күн бұрын

    😂😂😂😂woy ati moo yaa gurba rabbi bakka atu jirtu nama fiddini uuuuuuuffii

  • @zyadtube85
    @zyadtube8520 күн бұрын

    Pirank adda hin kutiin bro kkkkkkk Atti pirnkii iratii bayee cimma

  • @KoyisanOroman
    @KoyisanOroman20 күн бұрын

    Bodda kanna garuu ni badde bar jaffe mal taate badde❤❤❤❤

  • @Abdusse_Tube
    @Abdusse_Tube20 күн бұрын

    Dhugaa yaassin 😅ee na kolfisiise yassuu ni dandettaa jabadhaa

  • @UsmanAdem-qw8wv

    @UsmanAdem-qw8wv

    20 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @Naifeeshow
    @Naifeeshow18 күн бұрын

    Welcome to back jefe bro

  • @obsaaibraahim8791
    @obsaaibraahim879120 күн бұрын

    Wand brow kiyya itti fufiin siin ja,aa❤❤❤❤❤

  • @entisar1314
    @entisar131418 күн бұрын

    ወላሂ prank አልወድም ግን እንደ ዛሬ ስቄ አላውቅም ጃፈር አላህ የስራህን ይስጥህ😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @MageeSanii
    @MageeSanii19 күн бұрын

    Dhugaa dubachuf prank oromo kesaa kaa ati daleydu hedu Anaa fataa na godhaa jabadhu

  • @rabiask4824
    @rabiask482416 күн бұрын

    😂😂😂sabariina miskinaa tiyaa gafaa ijoolee matanii lafaa butee jetee sabrina 😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😂😂😂😂😢😢😢

  • @SaladiinYussuf
    @SaladiinYussuf20 күн бұрын

    Eree Jafee wlhi heddu naaf tatee jirtaa 😂😂

  • @user-oc8cb9vy3x
    @user-oc8cb9vy3x20 күн бұрын

    jafee anii sin Amanuu Oso gafa Gara itophiyaa dhufee qaraqar atii batuu hin bayuu nama ajeste pirkii ni jeta atii😂😂😂

  • @SumaFiro
    @SumaFiro19 күн бұрын

    Nadura lale like nagodhi jafe tube

  • @user-vt9zp1im2g
    @user-vt9zp1im2g20 күн бұрын

    Akkamiti wollahi jedhaa yasin birnkiti subahan allaa 😢

  • @Nazirburqa
    @Nazirburqa20 күн бұрын

    Abboo nama lamani na ajessuf 😅😅😂😂😂😂prank ajiba 😂😂😂

  • @obsaaibraahim8791
    @obsaaibraahim879120 күн бұрын

    Obbolessa kiyya jafe fiin dhaamsa qaba Akkaobboleessatti Wanni niin siif dhaamu Dhiifamaa Wajji Akkuma ifii birnk namarratti daleeyduttii Gisee namni sirratti dalage Heeddu Hin Aarin biro kiyya❤❤❤ Heddun sijaaladha

  • @MaammeeJems-ri6vn
    @MaammeeJems-ri6vn17 күн бұрын

    Abba pirankii hedduu namaste tola koflaafi naasuun Gara nu dhukkubsitee barkalleefi shagagi tube maaliif hin goonee jabaadhu

  • @AbduMustafa-pg5in
    @AbduMustafa-pg5in20 күн бұрын

    yaa hojii gurbaa kanaa mucaa namaa boossistega

  • @MuaazMahamude-jb9ge
    @MuaazMahamude-jb9ge20 күн бұрын

    Wow Jaffee jiradhu hojii gaariidha

  • @MuradYusuf-u3h
    @MuradYusuf-u3h10 күн бұрын

    Jafe ❤❤❤❤ faran badesaa sii hafe jabadhu❤

  • @GadaaFamily
    @GadaaFamily20 күн бұрын

    Jaaffee ummata dhiisi lakkii

  • @khadijashubiso3297
    @khadijashubiso329716 күн бұрын

    Inuman kofle wallah uuuuuuuuuuuu nama laman na ajesu ta,an jete iyite sabrinan 😅😅😅😅😅

  • @Urjiiislaamaa132
    @Urjiiislaamaa13220 күн бұрын

    Jabaadhu Ittifufi saahibii biroo

  • @Haleema-bw2gd
    @Haleema-bw2gd19 күн бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣 Aboo hojii kesanii nyadhaa isnii miskinaa iraa dalgidanii😢😢

  • @user-lf4yq6xw2d
    @user-lf4yq6xw2d20 күн бұрын

    Harka,wal fuchun hin ta.u intala,Ajjanabii oke don't worry 😂😂

  • @ibrahimabdi3639
    @ibrahimabdi363919 күн бұрын

    Garuu biranki jaffee kessa kanaa sirri nakolfisisee😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @AbdiiMahamad-rq7nd
    @AbdiiMahamad-rq7nd20 күн бұрын

    Jafe hedu das Jatan dhuga ❤

  • @falmataacarcar2967
    @falmataacarcar29679 күн бұрын

    Wooow 😂 nama lamaan na ajjessuf😂😢😅

  • @user-lf5gs7ii2y
    @user-lf5gs7ii2y18 күн бұрын

    Yaa jafee hojii kee nyadhuu dhugaa pirnk kee heddu nama tolaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @MmMm-up8yt
    @MmMm-up8yt20 күн бұрын

    Ya jafee miskinaa lafaraa fixee dhisii😂😂😂😂❤❤❤🎉

  • @HakimaJibreal
    @HakimaJibreal20 күн бұрын

    Wlyi pirakini keesan Nama rifachisa wlyi 😅😅😅😅😅❤❤❤❤❤❤😂

  • @Sabaaif-n2j
    @Sabaaif-n2j20 күн бұрын

    Jabaadhu Baay'e ❤ Namatolttaa ❤❤❤

  • @user-xi9du1nw7c
    @user-xi9du1nw7c20 күн бұрын

    Ani komantin dubisuu dhufee😂😂😂

  • @user-xk8gu3qq1y
    @user-xk8gu3qq1y20 күн бұрын

    Gaafa jollee mataan lafa buute jatte 😁😁wly numaan kolfe

  • @MasterDursaa
    @MasterDursaa20 күн бұрын

    😂😂😂😂😂wayo sabrinaa numaa shawadamtee

  • @obsaziyado2803
    @obsaziyado280319 күн бұрын

    😂😂😂😂way jafe dhumnee wly 😂😂😂😂😂

  • @hikmaaTube
    @hikmaaTube18 күн бұрын

    Nama laman na ajjeesufi jeette miskiina😂😂😂😂😂😂😂 eee kolfee

  • @user-wu2qt3jc4e
    @user-wu2qt3jc4e19 күн бұрын

    Gaafa ijoollee mataan lafa buutee!😂

  • @Marwe_Tube
    @Marwe_Tube20 күн бұрын

    Awo Dhukke Irra Kaafte Sabriina baga akkana goote😅

  • @user-gj6rc9jt9u
    @user-gj6rc9jt9u18 күн бұрын

    Gafaa ijjoollee maata lafaa butee jeete Sabrina kkkkkkk

  • @faximamahamad5150
    @faximamahamad515020 күн бұрын

    Wly garan nu dhukubee kkkkkk🤣🤣🤣😁

  • @AbdulAziziiNabiyu
    @AbdulAziziiNabiyu19 күн бұрын

    Gafaa jolee matan lafaa butee mataa si dhukubaa😂😅

  • @huzeeyfaamusxafaa7087

    @huzeeyfaamusxafaa7087

    17 күн бұрын

    😂😂😂😂😂

  • @oromtittiiarsii9036
    @oromtittiiarsii903620 күн бұрын

    😂😂😂😂 hojii keessan nyaadhaa boo

  • @siirkananioromoo1035
    @siirkananioromoo103520 күн бұрын

    😂😂😂😂😂Yaa jafe ma akna gotani misikina

  • @uzeefiimannuu4080
    @uzeefiimannuu408020 күн бұрын

    Jafe hojii ke 😂😂😂😢 jabaadhu

  • @fatumat7506
    @fatumat750618 күн бұрын

    jaafee kolfani nu fixeee Jaarasa naama beeku jaaratii naama Beekuu jetee 🤣🤣🤣🤣

  • @AJAB491
    @AJAB4918 күн бұрын

    Sagaleen Sabriinaa akkam namatti tolti garuu❤

  • @HangatuumiqibasHangatuumiqibas
    @HangatuumiqibasHangatuumiqibas19 күн бұрын

    Bareduu tiyaa ❤❤❤❤ si hudhaniii kkkkkkk

  • @alhudaatube85
    @alhudaatube8516 күн бұрын

    Aannan Amma diimaa tahee jira 😂

  • @user-iw9fh7kw7t
    @user-iw9fh7kw7t16 күн бұрын

    Nama laaman naa Ajeesu fetani😅😅😅

  • @Jaab-v5j
    @Jaab-v5j17 күн бұрын

    Jaartii Namaa Hin Beeku Jaarsa Namaa Hin Beeku 😂😂😂

  • @Firoa.j1
    @Firoa.j120 күн бұрын

    Akana ka park ke hedu jalana

  • @jameelajameela7132
    @jameelajameela713220 күн бұрын

    Wlh garaa na nyaatee misikinii tiyaa😢😢😢😢

  • @user-ht4vy4fu9o
    @user-ht4vy4fu9o20 күн бұрын

    Gaafa ijoollee mataan lafa buute😂😂😂😂

  • @XpMo-xv6oc

    @XpMo-xv6oc

    20 күн бұрын

    😂😂😂😂

  • @Hawwiientertainment4565
    @Hawwiientertainment456512 күн бұрын

    Kkkkkkkkkkkkk miskiin sabriinaa too ah😢

  • @AnwarAnwar-ly4jm
    @AnwarAnwar-ly4jm17 күн бұрын

    Barumasaa qaba nama hupateefi ❤😂😂

  • @ConfusedGoldenDoodle-zl2gj
    @ConfusedGoldenDoodle-zl2gj15 күн бұрын

    Gaafa joollee mataan lafa buutee jettee 😂😂😂

  • @Meronii-uw4ws
    @Meronii-uw4ws19 күн бұрын

    Jari oromo kuni kolfani unfixe abo dalaguma kesani nayadha😃❤️💚❤️✅️👌

  • @lailagobee874
    @lailagobee87420 күн бұрын

    Kkkkk nini kolferre nikolfee

  • @RashaadTube
    @RashaadTube19 күн бұрын

    Yaasin kuni Ajaa'iba Pirank isa akka inni itt yaada fide Booda dhuga godhe hudhe heddu rifate Nama 2 Na'ajjesa jiru jette😂😂😂

  • @MawradiiTaHamzaa
    @MawradiiTaHamzaa19 күн бұрын

    Gafa ijoletii matan lafa bute 😂😂😂😅❤S ❤❤❤

  • @AbdallaaDawud
    @AbdallaaDawud20 күн бұрын

    Firoo Fatalaa Mataa qoraa 🤣

  • @user-gf2wz5cb9n
    @user-gf2wz5cb9n20 күн бұрын

    Hoji ke jafee😂😂😂😂😂😂😂

  • @HikmaaGabre_6
    @HikmaaGabre_619 күн бұрын

    Wly Jafar prank kee bada subbanallah muacti oso rifte onne dhabbate mali gotan😂

  • @Alkebulan-13
    @Alkebulan-1319 күн бұрын

    Guyyaa ijoollummaa mataan lafa kuftee?😂 Sabrina miskiin

  • @UrgeeOro-jc9fj
    @UrgeeOro-jc9fj11 күн бұрын

    Numaan koflee wly 😂😂

  • @AbduMustafa-pg5in
    @AbduMustafa-pg5in20 күн бұрын

    Wow jafe

  • @RamadenUmar
    @RamadenUmar20 күн бұрын

    Jafee sabrii amas itii nuf daballii❤❤❤❤

  • @TujiiAdinaan
    @TujiiAdinaan18 күн бұрын

    Prankin jettee akkkaana eegaaltee😂😂😂😂

  • @bdhehe245
    @bdhehe24517 күн бұрын

    Namaa 2na ajeysuu fettani 😅😅😅

  • @BakarNura-tw9rg
    @BakarNura-tw9rg20 күн бұрын

    Nama 2 na ajjeessuu heddani😂😂😂

  • @user-pu8bb7wx8p
    @user-pu8bb7wx8p20 күн бұрын

    Jaffen kunii hidhamuu qaba ummata fixe😀😁😁😂

  • @MohamedAden-sy4oc
    @MohamedAden-sy4oc19 күн бұрын

    Way sabrii too sirraa dalagan kaa

  • @shashoshasho4696
    @shashoshasho469620 күн бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂jafe atii nama mitii

  • @user-yx4fp7cw3x
    @user-yx4fp7cw3x9 күн бұрын

    Jafee hojii kee nyaadhuu 😢😢😂😂

  • @sumyyaatube4817
    @sumyyaatube481719 күн бұрын

    😂😂😂😂😂hin bu.aa naraa banaa😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @haawwaoromo8288
    @haawwaoromo828819 күн бұрын

    Jafaar boli sii qotamtuu wly 😂😂😂😂😂😂

  • @user-de1ws2wt5h
    @user-de1ws2wt5h19 күн бұрын

    Hojii ke nyadhu jafee😂😂😂😂

  • @user-to5wk6qs3q
    @user-to5wk6qs3q18 күн бұрын

    Hojii kee nyaadhu jafe😅😅❤🎉

  • @RahmaAbdurahmen
    @RahmaAbdurahmen13 күн бұрын

    Ya jafee khenya sii dubbanne si bekha maali dilli khun🎉🎉

Келесі