ForX Entertainment Media: QOPHII ADDAA: " Jaalallee duraanii na feesise..."

Ойын-сауық

ForX Entertainment Media: QOPHII ADDAA: " Jaalallee duraanii na feesise..."

Пікірлер: 454

  • @SooretiiTube
    @SooretiiTube8 ай бұрын

    Bayee dasii jatuu iti nuf Hufa qaqliwana ko❤❤🎉

  • @kottaa172

    @kottaa172

    7 ай бұрын

  • @nebilyusuf1502
    @nebilyusuf15028 ай бұрын

    Heddu namatti toltan garuu 👉Goohinsi (wacni ) kun oso hafe haga waan san barreffamarra dhaabbatee Abbichi ibsutti 🙏🙏

  • @fatiihasano2089
    @fatiihasano20898 ай бұрын

    Aka iti isin jaladhu moo jabadha ❤❤😂😂

  • @gemachukelifa9406
    @gemachukelifa94067 ай бұрын

    Dhalaan barrdduun takka sin jaalladha sin jettee;ergasii beekaatin ja'aa yoo sin jette maal gootaa faallaa isaa😁😁❤

  • @adinanyusufyoutube8784
    @adinanyusufyoutube87848 ай бұрын

    Yeroo namni tokko yaada ibsatu jarri kaan irraa usaa jehiin akka wal cinaa hin dubbanne dhoorki Issin jaalannaa issin kabajnaati jabaadhati nuuf jiraadha❤❤❤

  • @urgefandishe5088
    @urgefandishe50888 ай бұрын

    Jaalallee❤ tee ykn jaartiin tee si dhiiftee deemtee dhira gar bira wajjin jiraattee yoonif dhifama si gaafattee sin wajjiin jiraachuf dhuguma saniin dhufte akkam goota ?

  • @simbodibaba
    @simbodibaba8 ай бұрын

    Baayyee nama bohaarsitu❤ Garuu afaan arabaa keessa hin makinaa namoonni arabiffa hin dhageenyee waan isin jettan hin galuuf.

  • @ifaaamiin4588
    @ifaaamiin45888 ай бұрын

    Woow appreciated qophii bareedaa fi bashannaniisaadha itti fufaa...😊

  • @user-pp4lb3pu8n
    @user-pp4lb3pu8n8 ай бұрын

    Congratulations haflip haplifiyye haflipheeshin minaminashin

  • @user-ex6rp9pn3l
    @user-ex6rp9pn3l7 ай бұрын

    Ful duuratti male yeroo hunduma gara duuba laalun hafe goon Kuma ❤❤❤

  • @misbahtube6300
    @misbahtube63008 ай бұрын

    Sagantaa hundaa kesaa ishiin tun bayee Nati toltee💥✊️

  • @Soofii-9
    @Soofii-98 ай бұрын

    Uuufeee❤akkam namati toltuu walhi maashaa allah suusi nati ta'ee kofli keessaan❤😊

  • @Tujishaas
    @Tujishaas7 ай бұрын

    😂hadha mana kooti Yoon Hoteela kessa nama birrati walin jiraate Mal goota jatemi 😂Taju shurube tahu male filanno bira kamtu jira 😂 ❤

  • @boonukaakensah5955

    @boonukaakensah5955

    7 ай бұрын

    Dhugaa keeti

  • @AnsarAbdulqadir-tr4vv
    @AnsarAbdulqadir-tr4vv8 ай бұрын

    Joollee teenya qaqashtii keessaafu haflip i love you bro❤💚❤

  • @abuuxalahaa465
    @abuuxalahaa4657 ай бұрын

    Maashaa Allaah Rabbiin Isinirraa Haa Jaalatu Garuu Abbaa Barreeyse Walin Himinaa

  • @RobaaAbdii-fu7bv
    @RobaaAbdii-fu7bv8 ай бұрын

    shasha nu godhaa 😢😢🎉❤❤❤❤❤😮

  • @FenatiiTube
    @FenatiiTube8 ай бұрын

    Dhugaa bayee itii bashananee Asuu koo❤❤❤❤

  • @vsis1149
    @vsis11498 ай бұрын

    As wr wb jaartiin.keyoo.ijadhabde.akam.goota.jedhiin❤❤❤❤

  • @iFAA_Tube8
    @iFAA_Tube88 ай бұрын

    Warra forx isin jaalanna itti nuuf fufa❤❤

  • @Ademkaalis
    @Ademkaalis8 ай бұрын

    Maali download godhu hin dandeenyu nuuf gadlakkisaa maaloo download goonee laaluu feenaa ❤❤❤❤

  • @safia1290
    @safia12908 ай бұрын

    Akka itti issin jaalaladhu moo ❤️❤️❤️❤️😍💝jaabadha nuu fataa nuu gotan dhuga

  • @kowserabdi536
    @kowserabdi5367 ай бұрын

    Bayyee nama toltan mashaa Allah

  • @MdMuussaa-fn1gw
    @MdMuussaa-fn1gw7 ай бұрын

    Maasha allaah

  • @madeiaalhousani2294
    @madeiaalhousani22948 ай бұрын

    Mashallaha Mashallaha Mashallaha ❤❤❤❤

  • @Yaarabiisumaairkoonkoo
    @Yaarabiisumaairkoonkoo8 ай бұрын

    Wow baay.ee namati toltaan jabadhaa ishii❤❤❤❤❤ akka ajibatii kolfaa jiraa❤❤

  • @user-bl9bc6hc9x
    @user-bl9bc6hc9x8 ай бұрын

    Xapha bareda fidan wow masha allahaa wow wow

  • @orm-bqd005
    @orm-bqd0057 ай бұрын

    Masha Allah wow hedduu namatti tolaa

  • @user-ck3jk6wn9j
    @user-ck3jk6wn9j8 ай бұрын

    Mashaa all Mashaa all heduu namatii tolaa jabadhaa

  • @user-ss5vy1ec1f
    @user-ss5vy1ec1f7 ай бұрын

    Mashaa Allaah namati tola❤❤❤❤❤❤

  • @user-wx2fk7lc6v
    @user-wx2fk7lc6v8 ай бұрын

    Gaafi 1,haadha kee moo 2.jaarti kee irra jalatta jedhin ❤hojiin kessan das nama jedha itti fufaa an horduftu Kessan galatoma❤

  • @Hamzewood

    @Hamzewood

    7 ай бұрын

  • @ummudiraar1814

    @ummudiraar1814

    7 ай бұрын

    kuni gaafii shakkii hin qabne haadha wanni qixxaatu hin jiru😢

  • @Ikruuyee
    @Ikruuyee8 ай бұрын

    Shashaa nuu gotani ijoolee jalalaa ❤❤jabadhaa

  • @user-dh3vx8bo4q
    @user-dh3vx8bo4q8 ай бұрын

    Baga naghan dhufatanii ❤❤👍👍

  • @HangaasaaIsaaq
    @HangaasaaIsaaq8 ай бұрын

    Maashaa Allaha ❤itti nuu fufa buhaarti

  • @chaltuchaltu8069
    @chaltuchaltu80697 ай бұрын

    Mashaa allaah bayye namati tolotu itti fufaa

  • @BashirCarcar
    @BashirCarcar7 ай бұрын

    Wow masha Allah hedu namati.tola

  • @lencojawaad
    @lencojawaad8 ай бұрын

    Jollee tenya jabadhaa isin jaalanna

  • @sumaya5765
    @sumaya57656 ай бұрын

    Wl wr wb mashalla mashalla welcome umata jalala jabdha wali jabesa ❤❤❤❤❤

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc74428 ай бұрын

    Wori dhiraa yoo tokoo debii debisu isin jalaa hin dubatinaa galatomaa ❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @Asuumudasir

    @Asuumudasir

    8 ай бұрын

    Serii qoophidha wal jalaa qabani bashananudha bar

  • @KkKk-to9df
    @KkKk-to9df8 ай бұрын

    baga nagayan dhuftan qaqaliwaan kenyaa nuf jiradha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc74428 ай бұрын

    Jarati tee isii hiriyyaa kee wojini alagaa kee irraa rafatu yoo aragitee malii gotaa❤❤❤❤❤❤galatomaa naa gafadhu asu ❤❤

  • @user-qz2bc7hy5c

    @user-qz2bc7hy5c

    Күн бұрын

    Naan salaa😂😂

  • @user-lw4xh7on5t
    @user-lw4xh7on5t7 ай бұрын

    Mashallaa mashallaa tabarakalayi heduu namati tolaa jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-pp4lb3pu8n
    @user-pp4lb3pu8n8 ай бұрын

    I siniin jaaladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Tujishaas
    @Tujishaas7 ай бұрын

    Isaqilen dhiheenya as bahe Caala Dibbichoo Fi birraan Namootaa babeekamodha jabaadhaa Kessattu sagaantan Amma fiidan Kun Akka biyyoolessati Fudhatama argachuf ta"a hin nufina jabaadhaa.!😂

  • @FiraanHD
    @FiraanHD7 ай бұрын

    Gaaffii Haati Mana keeti yoo sidhiiftee deemte maal gootaa gaafii Kun Kan caallaati

  • @sabboonaa.Abraahimoo
    @sabboonaa.Abraahimoo7 ай бұрын

    Pls o king qophii Addaa tanaa irratii nu fidaa

  • @user-sk3cm1tz2t
    @user-sk3cm1tz2t8 ай бұрын

    Jabadhaa lammii ko qaqali ❤❤❤ I love you my Oromoo ❤❤❤

  • @muazshafi3311
    @muazshafi33117 ай бұрын

    Baay'ee namatti tola Akkasumatti Itti fufaa ❤

  • @Rumana408
    @Rumana4088 ай бұрын

    Ma turtan bily aleyk 😢😢 ISIN hifadhe mo❤❤❤❤❤❤❤

  • @yasminyasmin2144
    @yasminyasmin21448 ай бұрын

    😂😂😂😂❤❤❤❤mashaa allah 😂

  • @user-sk4ll3qj5c
    @user-sk4ll3qj5c7 ай бұрын

    Qopii tesan jaladhe jira gaaru vidiyo nuf dheresaa pilis❤❤❤

  • @user-hj5ee9ni7i
    @user-hj5ee9ni7i7 ай бұрын

    Dhugaa baayyee namati toltu ammanan gaariidha jaabaadha....❤❤❤❤❤

  • @Jamiila275
    @Jamiila2758 ай бұрын

    Umrii dherredha Abboo Obbolleeyyanii tiyyaa qaqaliwwaanii❤❤❤❤❤🎉🎉😂😂😂😂

  • @jamaalhaji4051
    @jamaalhaji40517 ай бұрын

    Hojii aja'iba hojjachuu jirtani jabaadha Oromoo tiyya ❤❤

  • @user-cx7lf5cl6b
    @user-cx7lf5cl6b7 ай бұрын

    Waaaaw itti fufaa bayyee nama boharissa🎉🎉

  • @marwaantube
    @marwaantube7 ай бұрын

    Bayyee namatti tol tuu❤❤❤❤

  • @HusuSeeniu
    @HusuSeeniu8 ай бұрын

    Maasha allah ❤❤❤

  • @user-wi4ce6js6h
    @user-wi4ce6js6h7 ай бұрын

    Mashallah baaye buhare ❤❤❤❤❤

  • @user-lp5fh1hx7x

    @user-lp5fh1hx7x

    7 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @adinanabdurazaq306
    @adinanabdurazaq3068 ай бұрын

    Baga nagan dhuftan jaalan koo qaalii qaalii ❤

  • @BashiirMammad
    @BashiirMammad4 күн бұрын

    Mashaa allaa mashaa allaa jajabadhaa qalii wanii tenaa❤❤❤❤❤

  • @hibaturahmaanabdalla8912
    @hibaturahmaanabdalla89128 ай бұрын

    Baga nuuf jirattan heddu nubashanansiiftan Galatoomaa ❤❤❤ 1 Namni ati akkaan jaalattu eega jiruu tee seene booda kijibasaa gurgudda yoo dhageesse maal goota/akka jarsa jaarti fa'a 2 Beeyladaa keessa kam jaalatta kajaalattu san amala kee maaliin walfakkata Hunda keessanuu isiniin jaaladha❤❤❤❤

  • @urgefandishe5088
    @urgefandishe50888 ай бұрын

    Dibichoo ❤haflip ❤ birra❤ isaaq ❤ asuuu ❤❤❤❤❤nuf jiraadha kana caala bareechitani itti fufuu qabdan

  • @abdurrafiiaadam2557
    @abdurrafiiaadam25578 ай бұрын

    Galatomaa walahii gutuu isaa lalee jiraa bayyee namatii tola❤❤❤❤

  • @Hamzewood
    @Hamzewood7 ай бұрын

    😂😂😂😂 koflaan garaa na dhukkubsitan wly haflip very nice 👌 a anilleen maatii naaf tahaa

  • @user-lp5bp7yx8t
    @user-lp5bp7yx8t8 ай бұрын

    Waraa koola bagaa dhuftaan isinin jaanaa I love you so much ❤❤❤❤❤

  • @fatumaahmed3946
    @fatumaahmed39467 ай бұрын

    Ok galatomii mashaallaa caalla

  • @ukkashtube-fv6kf
    @ukkashtube-fv6kf7 ай бұрын

    Baga nagadha dhuftaa

  • @BurteeShow-hm9rg
    @BurteeShow-hm9rg7 ай бұрын

    Wwwwoo jabadhaa.qaliiwaan oromoo koo

  • @AsSa-yg1ln
    @AsSa-yg1ln7 ай бұрын

    As wr wb oson kofalu garan naa dhukube jabadha

  • @osaamamhamed1093
    @osaamamhamed10937 ай бұрын

    Maqaan kiyya Osama Mohammed duraan durse hojiin kessan heddu jaalannee jirra masha Allah heeddu isinitti buharree haaluma kanan ittii fufaa isin cinaa jirra gaffin an kaasu barbaadu jaalallen tee ta akkan jaalattu takka kaale tee baaftee iPhone 14 promax bittef yoo si jala heerumte mal goota? Ta jaatu sila gaffatte natti tola

  • @fattafatima6076
    @fattafatima60768 ай бұрын

    Baga nagayaan dhuftan jabadhaa

  • @hawasabntuuoromo9620
    @hawasabntuuoromo96208 ай бұрын

    Mashallaha tabarkallaah

  • @LiiftiiLiiftii-cp4wk
    @LiiftiiLiiftii-cp4wk7 ай бұрын

    Jajaba dhaa Lamiitiiya. Qalii

  • @ibrotaha
    @ibrotaha7 ай бұрын

    Callaa❤❤❤❤❤❤❤ dasjata bro kiya

  • @TuujiIsmacali
    @TuujiIsmacali8 ай бұрын

    Masha allah hamtu isinirra haaqabu

  • @turinamahadi7646
    @turinamahadi76468 ай бұрын

    Dhuga bayyee nuu boharsuu jirtaani jabadha 🎉😂😂😂❤❤

  • @user-rj9th3ib2k
    @user-rj9th3ib2k8 ай бұрын

    Nufixan kolfana dhuga rabbi 😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @warqetube3747
    @warqetube37477 ай бұрын

    Bayyee naamatii tolaa itii fufaa❤😂

  • @caaltuuorotube4636
    @caaltuuorotube46368 ай бұрын

    Baga nagahanii dhuftanii ummata qashtii ❤❤❤

  • @user-eg2cu7tg8b
    @user-eg2cu7tg8b7 ай бұрын

    Callaafi badhasoo Ablee fi peloo tessaan nyadhaa😂😂😂😂 Fororoo fi dibichoon very nice

  • @urijibarisaa7720
    @urijibarisaa77208 ай бұрын

    Dibichon yoo jaritii dutee akkamii boyaa❤❤

  • @user-rl9pi4ix2b
    @user-rl9pi4ix2b7 ай бұрын

    Gurbaa biyyaa kiyyaa ❤❤❤badhoo actors

  • @user-zn2yi9zj4e
    @user-zn2yi9zj4e8 ай бұрын

    Waan jaalaltii isaan gotee nuu gafadhuuu 😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @mawardii835
    @mawardii8358 ай бұрын

    Mashaa Allah tabarakalah namati tola😂😂😂😂❤

  • @madinaintalaxiqii5488
    @madinaintalaxiqii54888 ай бұрын

    Mashallah bareedu ❤❤wayyi jabadhuu ❤❤❤😂😂😂😂😂😂dhugaa nama toltan ❤❤❤

  • @Anneeks
    @Anneeks7 ай бұрын

    Qoph addaa maaliif gadd nuf dhiisaa❤❤❤

  • @bilaalshow8551
    @bilaalshow85515 ай бұрын

    As wr wb ummaataa for x entrtement dibichon abbaa dibichoo ta,ii nu garsisii isinin jaladhaa jabadhaa

  • @obsaaabdella2783
    @obsaaabdella27838 ай бұрын

    Baga nagayan dhuftan ❤❤

  • @RobsanTajudin-lh9dx
    @RobsanTajudin-lh9dx7 ай бұрын

    Wow 👌 ❤❤❤❤

  • @burhan-72.4k
    @burhan-72.4k8 ай бұрын

    walgeettii maatii jaalalaa hedduun isin jaaladha

  • @madishashow7050
    @madishashow70507 ай бұрын

    Joollee teenya jabaadhaa hedduu isin jaalanna❤❤❤

  • @rabia1287
    @rabia12877 ай бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣 hoojii keesan yaadhaa kollfn nuufiixnii😂😂😂😂😂😂

  • @hellotube4433
    @hellotube44338 ай бұрын

    Sagalee keessanuu nama jeeqa malee bareeda turee😊

  • @sumayoroble-623
    @sumayoroble-6237 ай бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂 kkkkkkkkk mash Allah wow

  • @Ayyaantuujamaal-qp8js
    @Ayyaantuujamaal-qp8js8 ай бұрын

    Ayii garan na dhukubee 😂😂😂

  • @ayaan8786
    @ayaan87867 ай бұрын

    Wanuma akkana irra nuf deebi'aa❤❤

  • @sabboonaa.Abraahimoo
    @sabboonaa.Abraahimoo8 ай бұрын

    Bagaa nagayan dhuftan

  • @aloveanas
    @aloveanas7 ай бұрын

    Mashaa allah Akkam Namati Toltan Obbollewan Koo Qaliwan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ukkashtube-fv6kf
    @ukkashtube-fv6kf7 ай бұрын

    Rabiin isin qanee video irratii walakaratii maqa kiyaa dubadhaa ukkasha hararge baha

  • @alooaloo6334
    @alooaloo63347 ай бұрын

    Maasha Allah jajjabaadha

  • @gemachukelifa9406
    @gemachukelifa94068 ай бұрын

    Garaa garummaa nama durii fi Nama ammaa gaafadhu??

Келесі