"Diina Bultii Diraamaa Afaan Oromoo - Roras Tube (2023)"
Ойын-сауық
#DiinaBultiiDiraamaaAfaanOromoo #RorasTube2023 #OromoLanguageDrama2023 #KZreadVideo2023 #OromoCulture #AfricanDrama #AfaanOromoo #OromoFilm #OromoEntertainment #OromoKZread #OromoMedia #OromoActors #OromoMusic #OromoComedy #OromoFilmIndustry #OromoFilmIndustry2023 #AfricanEntertainment #AfricanLanguages #OromoPride #OromoArt
Welcome to Roras Tube, your ultimate destination for Afaan Oromoo drama series. In this video, we present to you "Diina Bultii Diraamaa Afaan Oromoo", a highly anticipated production set to be released in 2023.
Prepare to be captivated by the remarkable storytelling, talented actors, and stunning cinematography showcased in this drama series. "Diina Bultii Diraamaa Afaan Oromoo" explores diverse themes, delving into love, family dynamics, and societal issues, while embracing the rich Oromo culture.
At Roras Tube, we strive to bring the best of Afaan Oromoo entertainment to our viewers. Our channel offers an array of culturally significant content, ensuring a fulfilling experience for all fans of Oromo dramas.
Stay tuned to Roras Tube for future updates on the release date and exclusive behind-the-scenes glimpses. Subscribe now and activate notifications for the latest episodes, trailers, and insightful discussions related to "Diina Bultii Diraamaa Afaan Oromoo".
Join our community of passionate Afaan Oromo drama enthusiasts and immerse yourself in a world of captivating narratives. Don't miss out on this exciting release in 2023!
Ethiopian Drama,New Ethiopian Drama,Ethiopian Comedy,AANAA ENTERTAINMENT,New Afaan Oromo Drama,Diraamaa Jaalala Lakkuu,Afaan Oromo Drama 2020,Afaan Oromo Drama 2021,Afaan Oromo Comedy,Afaan Oromo Entertainment,Oromo Drama,Diraamaa,Diraamaa Afaan Oromo,AANAA,Oromo Entertainment,Diraamaa Afaan Oromo 2021,Diraamaa Afaan Oromo 2020,Dirama afaan oromoo haaraa,jalala lakkuu,oromo,dirama jalala,new drama afaan oromo 2021,Dramaa Kiyyoo,Kiyyoo,Kiyyoo Drama
SUBSCRIBERS
1K ✅ thanks guys 🙏
5K ✅ thanks 🙏
10K ✅ i love 😘 you guys
50K ✅ thanks 🙏 guys
100K ✅ I love you 🥰🥰 guys
200K ✅ I love you alot 🥰🥰🥰 guys
300K🔲
.
.
.
10M. 🔲❤️ MY DREAM
Пікірлер: 235
Wanumaa jiru kun😢 Wari bulti nama kesaa figuu numaa jira Fa kenya nugotabii jate namaa ti bakaa dhabu dha galatomaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@RORASTUBE
7 ай бұрын
Jajjabina Nuuf kannitaniif baayyee galatoomaa
Woow woow Hedduu Natti toleeti jira , Ergaa Jajjabduu Hedduu Of keysaa qaba , Jabaadhaa Ammallee Itti FUFA Isin Cinaa Jirra ❤
@RORASTUBE
7 ай бұрын
Jajjabina Nuuf kannitaniif baayyee galatoomaa
@ameanxasen
5 ай бұрын
@@RORASTUBE ABOO ISIN KIJIBA KANA DHIISAA ADDUNYAA TANA IRRAN IRRA SUMAAN JIBBAA
Wallaahi ergaa guddaa qaba oromoo koo jabbeessaan❤❤
Amiir keenya jabaadhu hedduu takka barnoota qaba si jaalanna bro. ❤
Wow welcome back roras is back 🥰🥰🥰👌
@RORASTUBE
7 ай бұрын
Jajjabina Nuuf kannitaniif baayyee galatoomaa
Baay'ee gaariidha jabaadhaa! 😂😂😂❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️
Heeduu namati Tolaa saayibi 👍❣️
Waan Ajaaibaa Hojjattan Wallahi wanni kun namudatee Akkuma Keetii boodarra Hubadhe Hiriyaa gantuu rabbi nurraa haaqabu Jabaadhu Roras baayee baayyeen sijaaladha❤❤❤❤
Wow nice I like roras tube welcome to come back in the future
Jabaadhu Amiroow kana caala sirraa Egaa sabni. 😍
Dansaadha. Continue more language jajjabaadha. Worldwide🎉🎉❤
Kun haaluma yeroo amma ilmi nama itti wal niru wallaahi heddu takka gorsaafii baroomsa if keessaa qabaa hii😢😢😢galatoomaa haaluma kanaan kutaa itti aantu nuu fidaa
Baromsaa bayee qabaa Namaa samuu qabuf ittii xiyefadhaa kuun wanumaa Namnii kenaa amma bultii Namaa diguu ❤❤❤❤❤ Jabadhaa
Ati Oromoof Qaalidha❤❤❤❤❤
Please haaluma kanaan itti Nuuf haa fufu Jijjiirama addaatu dhufaa jira. Jabaadhaa Oromoo
RORAS team always the best 🤍
@RORASTUBE
7 ай бұрын
Jajjabina Nuuf kannitaniif baayyee galatoomaa
@UpthiFaTTaH_Ahmett
6 ай бұрын
@@RORASTUBE❤😊😊
@Abse111tube
3 ай бұрын
@@RORASTUBEjira jirtu roras tube jabadhu
This Roras is a head of his time he is a legend
Wow wow ❤
Wanta dhugaa jirtu lafa kaahu akkanaa kana otoo dheeressitanii quality video wajjiin dabaltanii yaada jedhuun qaba!✌
Waw rooras baga ngyn dhufte
Kuni dhuga waanuma jiru Shakkin qabu jirachunsa Warra waan akkana dalagu gara gubadan roras kiyya❤❤
wow jabaadhu❤❤❤❤❤
RORAS best comedy afaan oromo l love you Beautiful comedy❤❤❤❤❤❤❤
Wow jabadhuu
Masha allah jabadhuu amira heduu natii tulee
❤❤❤❤mashaa jabaadhu jajjabeeko jabaa ofii Abbaatu Jabeeffata
Jabaadha
Jabadhu
Hedduu namatti tola itti fufaa hojiin kankee hundisaatiyyuu Gaariidha Rabbin sin haagargaaru bro❤❤❤❤
Nuuf jabadha waheddu isinirra bara jirra❤❤❤❤❤
@Juuneetube
7 ай бұрын
Galatoomi
Wow bro top dirama
Jabaadhu bayyee si jalaana
Dhamsaa bareedadha jaabadhuu ittii fufii❤❤
Wow bro welcome back❤❤
Wo wo wo maashaallah maashaallah Heeduu wan barnotaa qabuu nuf hojatee nuf itii hufii❤❤❤❤ Amiroo qalii
Wow jabadhaa Eeduu barnotaa qabaa Amirr Kenyaaa 😊🎉❤
@RORASTUBE
7 ай бұрын
Jajjabina Nuuf kannitaniif baayyee galatoomaa
Wow men keep doing up work on movies quality that’s gonna make you more and more batter I watch ur all dramas and videos and I really like all of them 👌👏
@monettubeofficial4563
7 ай бұрын
Gorsaa bareedadha sahiba firaa laluun hedduu bareeda
@RORASTUBE
7 ай бұрын
Jajjabina Nuuf kannitaniif baayyee galatoomaa
@Unitedstar16185
7 ай бұрын
@@RORASTUBE anytime men dream big and succeed with the biggest thing
Roras hommaa baredaa hojjataa barii attii issiin maliit amanaa dalgaan tessaan tanummaa yoo alaa bataan dhalaan misikinaa barii jabadhaa waanii baredaa hojjataan
Wwwwwwoooo jabadhaa ❤❤
❤❤❤❤
Baaye namatti tola 😁😁😍👌
Woow best ❤❤❤❤❤❤
Wowo hedduu namtti tola jabaadha ergaa guddaa qaba ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
#gadaafamily koottu laali
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
jabadhu qalli nama
Wow Hojii Aja'ibatii Barumsa Guddaa of keessaa Qabaa Itti Fufaa❤❤💚💚❤❤
Dhugaa Ergaa jabaduu qabaa Nama meeqatu kijibaani bulluti ufii digee Galatomaa
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉kotuu matii naf tahii
❤😮😊 heddu das nama ja a amir show ergaa baedaa qaba waa heddu siraa hubachaa jirra anilleen maatii naaf tahi
Draamaa oromoo keessaa roras kana qofaan laaluu jaaladha.
Baay'ee gaariidha jabaadhaa! 😂😂❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️
Mash allah❤❤
Heduu natii tollee by by
Roras mangist essaaatttttiii bade reeeeeee
Wowowowow
Team roras My 1st choice ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow thanks amiir
Hedduu irraa barannee galatoomaa
Wow bay'ee namatti tolu jabadhuu hojii garii dha 🎉😅
Welcome baga nagayan dhuftan Amira
I'm from Brazil 🇧🇷 like diraama Roras Welcome to ❤
wlh waantaa dhugtii digamaa 😢😢😢
Jabadhu garidha akkanuma ittii fufi garu hiriya ke kanan calleen ini harka irra qabu ta dhalati
Diraamaa bareedaa ergaa ajaa'ibaa qabu jabaadhu sin Jenna hedduu.
Baay'ee takka natti tole ❤
Aresti,Keenya Qaalii Rooraas tube akkam jirta fayyaadha ? Fiilmiin,kankee hundi isaaaniitu baayyee kan nama boonssuufi kan saba guddaa oromo kana boonssuudha. Baayyee gaariidha jabaadhu obboleessa kiyya rabbiin siihaa gargaaru.
❤WOW WOW ❣️👍
Welcome Amiir keenya jabaadhaa
Maashaa'Allah hedduu namatti Tolaa Tolaa Gov Gov ifaa
Amire welcome birather 9:58
dhugaa dhugaa dhugaa ❤❤❤❤
Keep up
Qaali qalii
❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚 Amir qali
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee natti tole ❤❤❤❤
dhugaa jirtuu jabadhaa ❤
Everything nice ❤👌
Wow
Welcome to.... Wanuma Halaa yeroo wajiin Demmu jiruu Daleydee Roras Tube...Yaa Badaa qororoo😂😂....
Jabadhu you are boom
Barumsa bareeda qaba garuu osoo dheerate bareeda ture namoonni bultii nama keessa seenanii nama diigan akkuma jirutti tahee diraaman kun immoo barumsa heddu namaaf kenni ❤❤❤❤❤❤
Rora Akkaa Gad Bufachuu Hin Dandenyee Gotee gaa Bro😊
Hojii bareedaa Akkanaa kana irratti na hirmaachisaka bro
Waaaaw waaaaw waaaaw
Yadhaa garii wan bayyeen irraa baree❤🤜🤛
❤❤❤❤❤❤wow mashallah barumsa qaaba❤
Best diram
Bro kiya qali wan ajaibati ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Erga bareda qaba jabadhu
Jajjabadhu obolesa kiyya ❤❤❤
Leencoo keenya sii yaanee nutii gamachiisii akkanatti kottuutii
❤
❤❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Roras akkami naagaya fayyadha
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤