Top Ethiopia Drama Afaan Oromoo 😅😅Oromiyaa😅😅 Kutaa 5

Akka Itti Buhaartan Abdii Qabna #Like Godhuu Akka Hindaganne.
#DIREWOOD# Subscribe godhaa
Comment teeysan Nuuf Laadhaa Bakka Sirreeyfachuu Qabnuus ni sirreeyfanna

Пікірлер: 279

  • @hanaanjimma7655
    @hanaanjimma76554 жыл бұрын

    wawooo haramo bayye nati toltani jirtu dhuga rabbi torbaan kana jimma erra gara dirre dawa deemuf jira mee kan naqeebaltan like qofan nabarsisa isiin jaladha oromoko❤💖💛💙💜💚

  • @aishaaabdo9562

    @aishaaabdo9562

    4 жыл бұрын

    👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @lloveyoumomi5066
    @lloveyoumomi50664 жыл бұрын

    Bagaa nagaaya dhuuftaani isiin jalaadhaa heeduu diraamaa Direwood😍😍😍🧡💚💙💜💗👍👍👍👍

  • @user-xr8cs9gz4j
    @user-xr8cs9gz4j4 жыл бұрын

    osoo fimii hin laalle like isiin godhe, jabadhaa itti fufaa

  • @calanqooshow6813
    @calanqooshow68134 жыл бұрын

    Oromoo koo Linki kana gadi tuqa subscribe godha👉 m.kzread.info/dron/uIdmQLNMdqpASStNwgyBLA.htmlvideos

  • @bonsaahmad8972
    @bonsaahmad89724 жыл бұрын

    Jabadhaa baye namti toltuu

  • @yusuftube1762
    @yusuftube17624 жыл бұрын

    😂😀😀kkk wly baayyee das jedha akkuma kanaan itti nuuf fufaa ijoollee keenya ija ummata oromoo 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @makkeiahmakkeiah5077
    @makkeiahmakkeiah50774 жыл бұрын

    wwww bayee nama tolaa itti fufaa ijoolee oromoo babareduwaan ❤❤❤❤

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee5564 жыл бұрын

    Wwwwwwwwwwwwwww bayyee namaa toltuu jabadhaa ijolee oromo garuu afaan oromo quluqqulu hasayaa afaan arabaa essaa ittii fidaan

  • @orooromiyaa147
    @orooromiyaa1474 жыл бұрын

    Wowow nama hunda dura anattu laali part 5

  • @abdiiff7257

    @abdiiff7257

    4 жыл бұрын

    Www heddu namati tola itti fuff

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh11204 жыл бұрын

    Whwwww bagaa nagayaan dhuftaan drama dire wood jabadhaa baye.ee gariidh

  • @aminaarsii4142
    @aminaarsii41424 жыл бұрын

    Faxe hirbaa siree jetaa 😂😂😂😂😂😂😂

  • @im251a3
    @im251a34 жыл бұрын

    Itti fufaa bayye nama buhaarsitan..😍😍

  • @nurkikishkiadan1567
    @nurkikishkiadan15674 жыл бұрын

    Nama dura 👍 like

  • @lovetube2822

    @lovetube2822

    4 жыл бұрын

    Wowo masha Allah eduu namatii toolaa

  • @lovetube2822

    @lovetube2822

    4 жыл бұрын

    💓💓💓💓💓💓

  • @ummukaalid4288
    @ummukaalid42884 жыл бұрын

    Kkkkk way hojii keessan dhugaa galatooma ijoole biyya tiyya

  • @aminaa797

    @aminaa797

    4 жыл бұрын

    Mama toltuu jabadhaa

  • @shamsirashid7853
    @shamsirashid78534 жыл бұрын

    Direwood videos are very funny to watch

  • @hangatuahmed5758
    @hangatuahmed57584 жыл бұрын

    Wooow namti toltan dhugaa waqaa

  • @zamzamhasan2704
    @zamzamhasan27044 жыл бұрын

    Kkkk faaxeen hedduu nama booharsiti Wallaahi haasofni ishee baay'ee namatti tolaa yoomuu hundi keessanuu galatoomaa haaluma kanaan itti nuuf fufaa ,,,,,,,,,,,😍😍😍😍💓💓💓💗💗💗❤❤❤❤❤

  • @sayishaabontuuoborraa7835
    @sayishaabontuuoborraa78354 жыл бұрын

    😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘jollee dire abbaa fetaan caltaan 😍😍😍diramaan kessaan akkaa dammattii mi'aa dhugaa bagaa jollee biyyaa tiyyaa tataan😘😘😘😘😘😘

  • @ayyanadiinan9182

    @ayyanadiinan9182

    3 жыл бұрын

    👌👌

  • @flyboy516
    @flyboy5164 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkk ayii dalaaga teysaan namatti tolla jabaadha

  • @advfdd855
    @advfdd8554 жыл бұрын

    Wwwwoooww bage baredadhaa itii nuu fufaa jabadhee isiinii wajin jira dire wach l love you jollee oromo dire dire dire konjo♥️♥️♥️♥️♥️🌹🌹

  • @sofiamohammad8335

    @sofiamohammad8335

    4 жыл бұрын

    oromiyaa maali taatee qaaliyee attii uftaa akkaa faxeen qaama ofii saatarteeti attisi uftaa kee sirreefadhuu maaloo yeroo dutii sittii dhuuftuufi bakkaa duutii namati dhuuftuu hin beekani qabrii kessaati dirmaa qulaa hojjatee jedhamtee irraa hin gaaftamtuu

  • @fadikayaarasullullah2556
    @fadikayaarasullullah25564 жыл бұрын

    Kkkk abbo musatarihaa fi shamarakaree diramani kesani bayee namatti tolaa itti fufaa 😃😃👍

  • @yusuftube1762
    @yusuftube17624 жыл бұрын

    Faaxee fi saalaan maal akkana wol lakkaftuu😂😂😂😂

  • @bxdv7275
    @bxdv72754 жыл бұрын

    Wooowwoowo jabadhaa itii fufaa hindii irra nuu habisaa qommowwaan tenya 6..........%100

  • @yeeoromoolijjj7151
    @yeeoromoolijjj71514 жыл бұрын

    Sharmarke kana isaa Duraa Afan isaa duraa dhalate Dhugaa 😂😂😂🤣😂🤣😂🤣😂🤣😂🤣😂🤣🤣😂🤣😂🤣😂

  • @user-th6zd7gc2o
    @user-th6zd7gc2o4 жыл бұрын

    Masha a,alhaa umrii dheradhaa

  • @AddisZena1
    @AddisZena14 жыл бұрын

    Anilen like

  • @muheeseli2643

    @muheeseli2643

    4 жыл бұрын

    mal

  • @saglaniluutube3606

    @saglaniluutube3606

    4 жыл бұрын

    @@muheeseli2643 diraamichakaa😂

  • @oromiyaabiyyaakoo6856
    @oromiyaabiyyaakoo68564 жыл бұрын

    Wow jabbadha qomoo ko heddu namtati tolotuu

  • @tajirchelenko10
    @tajirchelenko104 жыл бұрын

    Jabadhaa lammii teenyaa

  • @abaadiirtube2479
    @abaadiirtube24794 жыл бұрын

    Makiyaa.nuuraa maashaala shaariimarakee jabaadhaa itii fuufaa

  • @nujulove4897
    @nujulove48974 жыл бұрын

    Wooooooow hedduu nama biharsitanii jabadha artist direwood galatoma isinin jana 😍😍😍😍😘😘😘😘😘

  • @makkoadam8287
    @makkoadam82874 жыл бұрын

    Wooooow baayeee bareedaadha jabadhaa.

  • @oromoooromiyaa3205
    @oromoooromiyaa32054 жыл бұрын

    Ergaa guddaa qaba jabaadhaa

  • @maasharjamaal3570
    @maasharjamaal35704 жыл бұрын

    Baayee namatti toltuu jajjaabadha oromo ko♥♥♥

  • @misrateso5849
    @misrateso58494 жыл бұрын

    Kaa rabbiin beektuu sii beekaa dhugaa keeti fatiyee hhhhhh😘😘😘😍😍😍

  • @hamzasalih101
    @hamzasalih1014 жыл бұрын

    Hahahahahhaha dhugaa bayeee baredaaa filmi ajaibaa galatomaa

  • @galaasaatube7377
    @galaasaatube73774 жыл бұрын

    Kkk hedduu namatti tola jabaadhaa 🤳

  • @negashtsegaye9660
    @negashtsegaye96604 жыл бұрын

    It is vary nice

  • @singitanoromiyaa5087
    @singitanoromiyaa50874 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkk oyyyyyyyoooooo faxeeeeeeeee afaan damma kolfaa naa ajeestee😃😃😃😃😃nuf jiradhaa lammi kooooooooooo😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤💘❤❤❤💘💘

  • @liinahayyuumotiijalalaa7537
    @liinahayyuumotiijalalaa75374 жыл бұрын

    Kkkkk faaxee kenan dhala hiriba sireti antu dura lalee like na godhaa

  • @obsiiwalakkaaimaanati6865
    @obsiiwalakkaaimaanati68654 жыл бұрын

    Namatti toltuu jabaadha itti fufaa qaqqaaliiwwaan oromoo

  • @sadbashir7263
    @sadbashir72634 жыл бұрын

    Wwaawwwwooo heduu baredaa Qomowan koo❤❤❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷💪

  • @fatarjamal7068
    @fatarjamal70684 жыл бұрын

    Woooowuuu baaga naagaya nuf dhuftan

  • @nooriwabe9462

    @nooriwabe9462

    4 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkk nuffi jirdha

  • @sayishaabontuuoborraa7835
    @sayishaabontuuoborraa78354 жыл бұрын

    wowwww hedduu namattii tolaa nuuf galatomaa qomowwaan koo😍😍😍😍

  • @mrvip735

    @mrvip735

    2 жыл бұрын

    😛

  • @hawiyeqali7391
    @hawiyeqali73914 жыл бұрын

    Namati toltani qaqqaalliiwwaani sabaa koo ittii fufaa wowwwoo mashaallaah

  • @yeeoromoolijjj7151
    @yeeoromoolijjj71514 жыл бұрын

    Baga Nagya Dhuftan Matii Dirama Diree Wood 💖💖💖💖💖💖💖💖💋💖💋💋💖💋💖💋💖💋

  • @samiirabaaleeroobe5512
    @samiirabaaleeroobe55124 жыл бұрын

    Faxee garuu kun diraamaadha waanta'eef jecha wallaahi jedhu hiffayyadamin Kankanara hafe bareeda jabaadha

  • @mustobintmahmedggy7542
    @mustobintmahmedggy75424 жыл бұрын

    Faxee hedu jabadhu 😂😂😂😂😂😂😂

  • @umusumeya7620

    @umusumeya7620

    4 жыл бұрын

    😍😍😍

  • @kadoomucawalisoo9788
    @kadoomucawalisoo97884 жыл бұрын

    Anaa dhufuu bagaa nagani dhuftani kkkkkk wayii hojii kessani

  • @aziizamohammed5208
    @aziizamohammed52084 жыл бұрын

    Wowow oromo koo ittii jabbadhaa isiniraa bareeda filimi bareedadhaa

  • @chelenkotube7289
    @chelenkotube72894 жыл бұрын

    Heddu namati tola jabadha

  • @madenahassan696
    @madenahassan6964 жыл бұрын

    Mustariha nati toltamee😀😍

  • @ahimedahimed4435
    @ahimedahimed44354 жыл бұрын

    Mashaa alaa heduu namaa gamachii jabadhaa

  • @saraaljasmi3522
    @saraaljasmi35224 жыл бұрын

    Kkkkkkk faxe Iriba sire🥴🤣🤣🤣🤣🤣

  • @ummufaaris9319
    @ummufaaris93194 жыл бұрын

    Kkkkkk Kkk faaxee flibsii abboo

  • @qeerrootube6860
    @qeerrootube68604 жыл бұрын

    wwww jaabadha itti fuufa Direwood

  • @oromiyaaali8435
    @oromiyaaali84354 жыл бұрын

    Wwww jabadha Jolee dire jalalaa

  • @oromtube8165
    @oromtube81654 жыл бұрын

    Wowowo mashalha bayee namati tola jabadha

  • @taamiriabbamacca5565
    @taamiriabbamacca55654 жыл бұрын

    Woooo baay'ee naamati tooltu qoomo koo jaajabadha

  • @ashiiteshow7679
    @ashiiteshow76794 жыл бұрын

    Sirbaa kan kan enyuu akla tehee maqaa isaa naa bareeysa kabadhaa dasii nama ja'aa hojii keessan

  • @hayaalj9029
    @hayaalj90294 жыл бұрын

    Jabadhaa in jana promote tiyaa

  • @baharyusufadem4058
    @baharyusufadem40584 жыл бұрын

    sharmarke diramaalen keessan hundiinu hedduuuuuuuuuuu namatii tolaa garuu filmiiledhas itii fufa garuu diramaa oromiyaa kutaan 6ffaan mee qalbidhaan eegacha jiraati mee nuf gadhiisi.galatoomi

  • @sabotuuarsiiasalaa7273
    @sabotuuarsiiasalaa72734 жыл бұрын

    Welcome 👍💝💝

  • @toltutufaa2724
    @toltutufaa27244 жыл бұрын

    Waaayii faaxee kolfaan na ajeefte

  • @simrutakitiinole7020
    @simrutakitiinole70204 жыл бұрын

    Wow hedu das ja’a😍🤣

  • @zenabjabal7780
    @zenabjabal77804 жыл бұрын

    Wowowow Isin Jajabesina isinis Jajabadhaa💯💯

  • @jadiid11

    @jadiid11

    4 жыл бұрын

    Subscribe nafisi godhi dhifama wajin

  • @intalaworrakush5670
    @intalaworrakush56704 жыл бұрын

    Waaaaaw galatoomaa baay’ee nu buharsitan

  • @qaanqeetube9190
    @qaanqeetube91904 жыл бұрын

    Woyyoo Mustariyaa😂😂😂😂😂

  • @makfirajundi277
    @makfirajundi2774 жыл бұрын

    Hhhhhhhhhhhhh heddu das ja’aa direwood galatooma

  • @princesselove4905
    @princesselove49054 жыл бұрын

    Bayyee bareda jabadha

  • @jemalahamade3913
    @jemalahamade39134 жыл бұрын

    Mashaa Allha wara Dire wood Diraman kessam heddu namati tola nuf dherssa male

  • @lenchotube3729
    @lenchotube37294 жыл бұрын

    Heddu namatti tola jabaadha

  • @abushiyeeoromoo7327
    @abushiyeeoromoo73274 жыл бұрын

    Jabadhaaa heduu nama tolaa

  • @reemalmahri2195
    @reemalmahri21954 жыл бұрын

    Kkkkkkk faxeen nama kofalchiisti

  • @miftatamam1140
    @miftatamam11404 жыл бұрын

    Jabadha diraman keessan baaye barreda

  • @user-sc8do6nu8x
    @user-sc8do6nu8x4 жыл бұрын

    Mustaayaan kolfaan naa ajjefte 😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @tsaahaanaagaarisida4619
    @tsaahaanaagaarisida46194 жыл бұрын

    Baya gato baye barade jabadha

  • @makkoadam8287
    @makkoadam82874 жыл бұрын

    Party 6ff jechuu kootiii

  • @wbopwr8820
    @wbopwr88204 жыл бұрын

    Drama taee sirbas afaan oromoo qofa taanaan natti tola

  • @aminkerim3929
    @aminkerim39294 жыл бұрын

    Ittifufaaa....

  • @makkoadam8287
    @makkoadam82874 жыл бұрын

    Eessaa baddangaaa party 5ffaa hoo?

  • @ameenaameenaameenaameena2522
    @ameenaameenaameenaameena25224 жыл бұрын

    Baga nagan dhuftan dire wood

  • @samiirabaaleeroobe5512
    @samiirabaaleeroobe55124 жыл бұрын

    Faaxeee😀😁😁😁😁😁😁

  • @zuberzuzu9453
    @zuberzuzu94534 жыл бұрын

    Iti jabadha nutis hamilen isn bira jira

  • @abaabditub
    @abaabditub4 жыл бұрын

    Jabadha

  • @umermuccawall50
    @umermuccawall504 жыл бұрын

    Anaa dhufuu baga nagahaan dhuftan

  • @jadiid11

    @jadiid11

    4 жыл бұрын

    Subscribe naf godhi dhifama wajin

  • @badhasaaabdallaa3373
    @badhasaaabdallaa33734 жыл бұрын

    Welcome

  • @haayatjaafar6802
    @haayatjaafar68024 жыл бұрын

    hedduu natti tollee

  • @zuberzuzu9453
    @zuberzuzu94534 жыл бұрын

    Woow hedu bareda

  • @mymunaabdulla5706
    @mymunaabdulla57064 жыл бұрын

    Wowo maashaa Allha

  • @bulchanure1551
    @bulchanure15514 жыл бұрын

    Nice

  • @danisavosa3851
    @danisavosa38513 жыл бұрын

    Pls before you had title for every comedy what happened now,listening from northern iraq

  • @soloosara6398
    @soloosara63984 жыл бұрын

    Www bay'ee bareda 💗💙💖

  • @ibrooonline4591
    @ibrooonline45914 жыл бұрын

    As wr wb wawo

  • @aishahussain1336
    @aishahussain13364 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk oromiyaa qallbi hunddatu futte kkkk

  • @zzaa4817
    @zzaa48174 жыл бұрын

    Galatooma

  • @oromoooromoodhigako6680
    @oromoooromoodhigako66804 жыл бұрын

    Faxxeeee badeeee kolfanii dhumaneeeeee

  • @abukhalifare
    @abukhalifare4 жыл бұрын

    Woow sanyi ko dalagani tessan heddu anati tolee

  • @nikelion4852
    @nikelion48524 жыл бұрын

    Wooow

  • @mohammeddambalo4296
    @mohammeddambalo42964 жыл бұрын

    Jabaadhaa

  • @ghadakassbi3368
    @ghadakassbi33684 жыл бұрын

    Wow 10 irratii ana garuu homaa barbaduu garuu isin like share fi subscribe hund isin godhee jiraa galatomi jedhaa kaa waa galata betan mii warri dirree kun guyyama guyyan kadhatu subscribee.

  • @saglaniluutube3606

    @saglaniluutube3606

    4 жыл бұрын

    😂

  • @haayatjaafar6802

    @haayatjaafar6802

    4 жыл бұрын

    Akkami Akkana jatta Ghada Kassbi 😖

  • @haayatjaafar6802

    @haayatjaafar6802

    4 жыл бұрын

    gaalata kee oroomuma qofa haa tahuu

  • @ghadakassbi3368

    @ghadakassbi3368

    4 жыл бұрын

    @@haayatjaafar6802 maal ballese egetumaa dhabee jenanii malee

  • @asiyaa.muhamadasiyaamuhamm9256

    @asiyaa.muhamadasiyaamuhamm9256

    4 жыл бұрын

    @@ghadakassbi3368 Malii jechuu fetee