Of Ajjessuuf Yaaden Ture!! - Rajii Rasimo

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 434

  • @immabeettube5009
    @immabeettube50092 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuuuuuuufffffff R/rasimoo gooftaa baraa fi jireenyaa kee dachaa godhee haa ebbisuu dhugaatti ati namaa waqayyoon akkeka sirraati qabuudhaa jabbadhuu gooftaan kanumaa caala ayyannaa isaa siif haa baay'esuu!!! Ergaa guddaa fi barumsaa guddaadhaa ofi kessaa qabudhaa!! Waan baay'een sii irraa baradhee!!!!! Safuu hojii waqayyoo😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥 Salamiyeeee ebbifaami dachaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏

  • @bekelukitela6748
    @bekelukitela67482 жыл бұрын

    Uuuuufff waaqayyo barakee haa eebbisu omaa miti waaqayyo si wajjin jira lammiikoo. Waanti hundinuu waaqayyof ni dandahama inni saa fayyisu 😭😭😭😭📖📖📖📖💜💜💜💜💜💜💚💚💚💚

  • @Seenna414
    @Seenna4145 күн бұрын

    Uuuffffff baye na bochise senna isa ❤❤❤❤ baga waqqayyo nama haradha sii tasise

  • @zewdedemeke333
    @zewdedemeke333 Жыл бұрын

    Woow! ergaa guddaa baay'ee nama bohaarsuu fi barumsa namaa kennuudha. Akkasumas gaaffii fi deebii waliin gootan humnaa ol na kofalchiise; na gammachiise. Waaqayyo isin haa eebbisu.

  • @latuuamboo4080
    @latuuamboo40802 жыл бұрын

    Ebbifami Selamiyye ko ebbifama warii Tv mo'aa muladhaa maaqa yesuus Kiristooni ebbifamaa

  • @burtee649
    @burtee6492 жыл бұрын

    Waaqayyoo isinin haa eebbisu Obboleessakoo waan barbaadu hundaa gooftaa siif haa keennu ati namaa cimaadha jabaadhu ammayyuu

  • @SaraSara-os9lj
    @SaraSara-os9lj2 жыл бұрын

    ዋዉ ተባረኩ ስወደዉ ይሄን ልጅ ጌታ ይባርካችሁ በብዙ

  • @mebratdxb2881
    @mebratdxb28812 жыл бұрын

    Ayii waqayyoo si ha ebisuu wow hojiin waqayyoo dinqidha jabadhu ammallee qama hirdhu hin jedhamtu isaa qama gutuu qabu ni calta amma iyyuu idoo gudaa sif ha kenuu waqayyoo.🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @dirribetamasgen5050
    @dirribetamasgen50502 жыл бұрын

    Amazing Oh my GOD ebbifamaa maqaa yesuusin waa hedduu irraa baradhee dhugaa WAAQAYYOO darbaa jiraadhaa,

  • @abdinkoojirataadha2938
    @abdinkoojirataadha29382 жыл бұрын

    Gammachun kee iittii sif haa fufuu 🤲

  • @AminaTeshome-hz6yn
    @AminaTeshome-hz6yn3 күн бұрын

    Nama waqayyoo ebifama waqayyoo bara kessan haa ebisuu

  • @gudetugemeda9131
    @gudetugemeda91312 жыл бұрын

    Waaqqayyoo isin haa ebbisuu ebbaaf ta'aa

  • @alamialami8135
    @alamialami81352 жыл бұрын

    Uuuuuffff muddanno kee waa'ee gursha sana irraatii baayyee gara naa nyattee.

  • @monerraf1785
    @monerraf17852 жыл бұрын

    May the almighty God bless you! It is an amazing testimony.

  • @tigisttigist9069
    @tigisttigist90692 жыл бұрын

    Waqayyoo baga si gargare ulfina waqayyoo si haa bayyatuu ameen

  • @miratmanindra1451
    @miratmanindra1451Ай бұрын

    Raajii jabaadhu ammalle waaqayyo siwaliin jira Ameen waaqayyo haagalatoomu Ameen! Ebbifami☝️🙏👏❣️❣️❣️

  • @iyasutolina1186
    @iyasutolina11862 жыл бұрын

    Jabadhuu nama waqaayyoo Attii nama bayeedhafi fakkeenyaa tata

  • @fikirbetilehulum4663
    @fikirbetilehulum46632 жыл бұрын

    Uuuuuufffffffeeeeee waaqayyoof haa galatuu waaqayyoo gariidha. Jabbaadhu amma illee kanuumaa Caalaa Ayyaannasaa sifi haa baay.isuu Ebbifamii Dachan.

  • @mariamgetachew7882
    @mariamgetachew78822 жыл бұрын

    Wow It's amazing testimony God bless you and keep it up.

  • @turujattani4432

    @turujattani4432

    2 жыл бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @lalisejaleta5423

    @lalisejaleta5423

    2 жыл бұрын

    Qomoko mati naf taime sanyi ko

  • @lalisejaleta5423

    @lalisejaleta5423

    2 жыл бұрын

    @@turujattani4432 qomoko mati naf tai lube ko

  • @oromiyabiyyakoo4936
    @oromiyabiyyakoo4936 Жыл бұрын

    Waaqayyo baraaf jireenyakee haa ebbisu eebbifami darbii deemi fulduraakee waanta guddatu jira waaqayyo si wajjin haa ta'u

  • @almaztesfa1039
    @almaztesfa10392 жыл бұрын

    Waaqayyo ati gaariidha, dhugadhuman garumani kee haa hin qabu Ulfadhu Goofta Koo, obbolessa Koo jabadhu, ebbifama

  • @monerraf1785
    @monerraf17852 жыл бұрын

    Waaqayyo si haa eebbisu. Barumsa gaarii dha.. ammayyuu ayyaanasaa siifaa baay'isu jabaadhu

  • @zanabethiopiaawesome5310
    @zanabethiopiaawesome53102 жыл бұрын

    Wooo Barumsaa guddaa siniraa arganee jiraa waqayoo sinaa ya ebbisuu ebbifamaa

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
    @jofiiyeetaresaawaqayoabdii39532 жыл бұрын

    Bara baranii gammachuu goftiichaa keesaa qabbadhuu garanii goftaa bayee sitii gammadaa jabbadhuu waqayookee waqa Ammanamadhaa

  • @godisgoodallthetime643
    @godisgoodallthetime6432 жыл бұрын

    Waqaayyoo baraafi jirenyaa Kee Yaa ebisuu namaa waqaayyoo ittii fufii jabadhuu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️😍😍😍

  • @mtssitayomucaakakuumobile9289
    @mtssitayomucaakakuumobile92892 жыл бұрын

    Woowwo baayi'ee namatti tola Jabaadhu nama waaqayyoo Eebbifamii Obboletti Kenya Atille dachaa Eebbifamii ☦🙏🙏

  • @fatmaala2183
    @fatmaala21832 жыл бұрын

    Waan ani egaa turee sigafatee kikiki Jabadhuu muca waaqayyo Wowowowwoow ajaayibaa dhuga

  • @QosanAyele
    @QosanAyele3 күн бұрын

    Ebifaamaa nama jaabadha sin waaqayoo sin Yaa ebisuu

  • @galoocawwaqa1620
    @galoocawwaqa16202 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuffffffffff😭😭💔💔💔💔🙏🙏 Gooftaan baraaf jirenyaa kee gutumaa baraa kee haa ebbisuu ebbifamii ebbifaamii haadhoo koo Amayuu Ayyanii waqaayoo kanumaa calaa siif haa baay'atuu namaa kakkuu ♥️♥️♥️💘💘💘💘🙏🙏🙏🙏🙏

  • @user-vd2sd7yz5m
    @user-vd2sd7yz5m10 ай бұрын

    ❤❤❤❤waqaayyoo ayanaa isaa sii haa bayyisuu😂😂😂😂

  • @HabtamuuGedisaa
    @HabtamuuGedisaa22 күн бұрын

    Ammayyuu abdii jiraa nama waqa ❤❤❤❤❤❤j abadhu

  • @dasalegnhabte4561
    @dasalegnhabte4561 Жыл бұрын

    Humnaa guddaa argadhee! Baay'ee eebbiffami abo!!!

  • @dasalegnhabte4561

    @dasalegnhabte4561

    Жыл бұрын

    Jesus is lord God is good!!!!

  • @gulumaturuna6867
    @gulumaturuna68672 жыл бұрын

    Waaqayyoo daran si haa eebbisu nama waaqayyoo! Baay'ee namatti toltu. Dhuguma ati fakkeenya dhaloota baay'eeti jabaadhu Raajii Rasimoo!

  • @chaltufayisa1400
    @chaltufayisa14002 жыл бұрын

    Waqayo bara kee haa ebiisu rajjii uuuuuuufff hojiin waqayo kan namaraa addaa ulfadhuu abbaa koo 💕💕💕💚🤲🤲🤲

  • @nainanin9950
    @nainanin99502 жыл бұрын

    Ufffeee ebbifama goftankoo barafi jireenya Keessan hunduma haa ebbisuu

  • @scopemobile9467
    @scopemobile94672 жыл бұрын

    Dhugaa waqayoo barumsaa cimaan irraa argaadhee ammaleen ayaanaa isaa siif haa dabaalu Raajjj kenyaa 🙏🙏🙏

  • @BontuTesfaye-z9x
    @BontuTesfaye-z9x3 күн бұрын

    Waaqi SI haa eebbisu atti dhuuguma naama waaqa jallatudha amaale daacha eebbifami

  • @AAbus-vu9ex
    @AAbus-vu9ex2 жыл бұрын

    Amen Amen Amen goftan sii haa Eebbisu Eebbifami

  • @TameYesus
    @TameYesus9 ай бұрын

    Wowwwwwww barumas gudaadha kun ebbifamii

  • @mekonnenwoyessa6668
    @mekonnenwoyessa6668 Жыл бұрын

    Tank you for testimony My brother God bless you

  • @dinqiturafisa4184
    @dinqiturafisa41842 жыл бұрын

    Ebbifamii gudda nama waaqayyoo ebbifamaa🙏🙏👏👏❤❤

  • @biqiltuumucaayesus8013
    @biqiltuumucaayesus80132 жыл бұрын

    eebbiiffamaa goftaan ayyanaa isaa dachaa siin irrati haa dabaluu hubbanaaf ogummaan siif haa dabaluu nama waqayyoo ❤👏👏🙏🙏🙌🙌

  • @latuuamboo4080
    @latuuamboo40802 жыл бұрын

    Dhugaa hojini waaqayyo kunii adda mee😭😭😭😭💘💘💘💘

  • @xiiqii286

    @xiiqii286

    2 жыл бұрын

    Mati nuf taha

  • @chalabedada5927
    @chalabedada59272 жыл бұрын

    Woow baay'ee ajaa'iba! Yesuus galata haa argatu!!

  • @WaaqHaile
    @WaaqHaile2 жыл бұрын

    waaqayyoo dhugumaa dhiiqii siin ni hojjeeta jabaadhu.Rasimo

  • @beetlemtaddasa4138
    @beetlemtaddasa41382 жыл бұрын

    Uufffffeeeeeee waqayyoo dandahadha

  • @abatebekele8093
    @abatebekele80932 жыл бұрын

    Nama waaqayyoo barri keessan bara eebbaa isiniif haa ta'u.💞💞💕💕💕💕💕💕💕💞💞💞💕💕💕💕💕💕💕

  • @aberushanko5254
    @aberushanko52542 жыл бұрын

    Waawoo waqayoo amalee bara jirenyaaaa kee haa ebisuu obolesakooooo amalee biyaaf ibsa ta ii

  • @user-wt2nz2hm5i
    @user-wt2nz2hm5i4 ай бұрын

    Waqaayoof salphaa wanti hunduu galaanii guddaan waqaayoof haa ta,uu baga waqaayoo akka kanati si gargaare ebbifamaa ebbifamaa waqaayoo sin haa eebisuu ebbifamaa

  • @abebeeticha7702
    @abebeeticha77022 жыл бұрын

    Ammalleen waaqayyooo si haa eebbisu!

  • @xiiqii286

    @xiiqii286

    2 жыл бұрын

    Mati nuf taha

  • @SaraSara-mc9og
    @SaraSara-mc9og2 жыл бұрын

    Oh hallelujah Hallelujah Hallelujah Hallelujah God bless you

  • @user-jw9nq5ww4i
    @user-jw9nq5ww4i2 жыл бұрын

    Uuuff Waqqayyo sii haa Ebbisuu Ebbifamaa ♥️♥️♥️👍👌👌

  • @abdiinjiramegersa6141
    @abdiinjiramegersa61412 жыл бұрын

    Dhugaa Ergaa baay,ee namatti toludha uuuuufffffff Dachaa Dachaa Eebbifami Waaqayyoo gooftaan maccaa si haa eebbisuu🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @mryamm6582
    @mryamm6582 Жыл бұрын

    Wow wow wow wow wow bay'ee bay'ee namati tolee jabadhu tolee

  • @elsaakonjoo1755
    @elsaakonjoo17552 жыл бұрын

    Waqayyoon koo siyaa ebbisuuu amareeeee namaa waqayyooooo ebbifamiiiii amareee !!!!!!!

  • @karaandhugaanyesuusi4840
    @karaandhugaanyesuusi48402 жыл бұрын

    Ameen eebbifami yaadni waaqayyoo kan namarraa adda

  • @mulugetatadesse929
    @mulugetatadesse929 Жыл бұрын

    እግዝአብሔር ዘመንህን ይባርክሃል ።ክብሩን እርሱ ይውሰድ ።በጣምእ ወድሃለሁ።

  • @waqaayoogaridha4901
    @waqaayoogaridha49012 жыл бұрын

    Wwwwwwoooww obsaa qabeesaakoo namaa borsitaa yeroo dubatulee dhugaa nuf jiradhu😍😍😍😃😃😃😃

  • @messganefikeru7963
    @messganefikeru7963Ай бұрын

    Ebifami waqayyoo Sina ebisu Raji👏👏♥️❤️🙌🙌🙏🙏🎤🎷📖📚📚

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa2662 жыл бұрын

    Dinqiidhaa hojiin abbaa kooti kun!!!!!!!📖📖📖📖🙏🙏🙏🙏🙏

  • @gadiseadugna5552
    @gadiseadugna55522 жыл бұрын

    Hojiin harka waaqayyoo dinqiidha. Ammallee waaqayyoo daddabalee si haa eebbisuu🙏🏼

  • @user-yx6yr5ny1q
    @user-yx6yr5ny1q8 ай бұрын

    Gooftaan baraf jirenyaa kee haa ebbisuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @ashenafikotofa5889
    @ashenafikotofa58892 жыл бұрын

    Waaqayyo isin haa eebbisu

  • @seshasesha4179
    @seshasesha41792 жыл бұрын

    Uuuuuuuuufffffeee waaqayoo bekaa dhaa waan godhefii qaabaa😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤

  • @drphone2193
    @drphone21932 жыл бұрын

    Ufffff qaama keetii baayyee gaddee garuu amantaa kee baayyee jibbee

  • @QosanAyele

    @QosanAyele

    3 күн бұрын

    Hin ati jibitu Kun moo baaye sii jaalata

  • @aeeca1244
    @aeeca12442 жыл бұрын

    Eebbifamaa waqayyoo gariidhaa guyyaa Rakiinaa 🙏🙏

  • @MazgabuuJimaa-tn7wk
    @MazgabuuJimaa-tn7wk5 ай бұрын

    Baga aftee jirraattee eebbifa koo ammas kana caala umuriin kee haa dheeratuu

  • @xajjoogutu2588
    @xajjoogutu25882 жыл бұрын

    ❤💯🙏 yanni waqaayoo kan nama irraa baayee fagaata✍

  • @ayantutaadasa7498

    @ayantutaadasa7498

    2 жыл бұрын

    Ebifamaa waqayo isin ebisu

  • @xiiqii286

    @xiiqii286

    2 жыл бұрын

    Mati nuf taha

  • @xajjoogutu2588

    @xajjoogutu2588

    2 жыл бұрын

    @@xiiqii286 isinis nufta.a

  • @kuulikuuli7915
    @kuulikuuli79152 жыл бұрын

    Yaadda baaredda ofi keessa qabdda jabbadhuu

  • @user-gv5oe7mw3n
    @user-gv5oe7mw3n11 ай бұрын

    ተባረክ ዘመንህ የተባረኬ ይሁን ኑረህ የጌታን ቃል አዉጅ በዜመንህ !!!

  • @chalabalcha1439
    @chalabalcha14392 жыл бұрын

    waaqayyoo sin haa ebbisuu namoota namoota akkana waliin sagantaa qopheessuu keessaniif

  • @user-jc6iv1zq6n
    @user-jc6iv1zq6n6 ай бұрын

    Waqayoo barakee jirenyakee haa ebisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @shemsuradi9659
    @shemsuradi96594 ай бұрын

    Anni gafaa inni harree irraa ta, e barraatuu bekaa rasimoo

  • @gadizeebaqalaa5696
    @gadizeebaqalaa56962 жыл бұрын

    Ebifamii waqyoo siyaa ebisuuuu❤️❤️❤️

  • @atmphone6460
    @atmphone64602 жыл бұрын

    Ameen Ameen ebbifama waaqayyo dachaan sin ebbisu

  • @ShalamaaDhugaasaa
    @ShalamaaDhugaasaaАй бұрын

    ❤😂Waaqayyoo baga Bara siif fidee

  • @hayalgeta6024
    @hayalgeta60242 жыл бұрын

    Ishoo baggaa waqoyon seqegerrggarree!!!!🌋🙏🙏🙏

  • @mucawaqayoo8337
    @mucawaqayoo83372 жыл бұрын

    Waqayoo saa ebbisuu ebbifamii jabbaa nama🥰🥰🥰🥰

  • @YbfdjkAU
    @YbfdjkAU2 жыл бұрын

    Dhuga baatii ergaa guddaa qabudha. Raajii kana Waaqayyo haa eebbisu

  • @zahramohammed4426
    @zahramohammed442610 ай бұрын

    Waqyoo sinni Haa ebisuu ❤❤

  • @saraaaraarsa2837
    @saraaaraarsa28372 жыл бұрын

    Jabbadhu nama waqqayyoo

  • @ililligaleta1514
    @ililligaleta15142 жыл бұрын

    Waaqayyo ulfina ha fudhatu. Barri kee hafe harka waaqaa keessatti ha eegamu. Jabaadhu

  • @tittitduulaatittitduulaa6708
    @tittitduulaatittitduulaa67082 жыл бұрын

    Wooowuuu amazing God bless you more tebarek bbzuuu ye abate biruk Zemenhi yebarek bbzuuu

  • @jottube4506
    @jottube45062 жыл бұрын

    Barri kee haa eebbifamu👍👍

  • @godislove6054
    @godislove60542 жыл бұрын

    Uuuuffffeee Ameen Ameen Ameen maqaan waqayyoo haa jaajamu ebbifama barnota gudda sinira barane jira ebbifama🙇‍♀️🙇‍♀️🤲🤲😭😭 🙏🙏🙏💯💯💯🙏🙏🙏🙏

  • @janatjana658
    @janatjana658 Жыл бұрын

    Waqayo baraa keesaa haa ebbisuu

  • @burtukanteshome1928
    @burtukanteshome19282 жыл бұрын

    Jabadhuu ati nama jabadha goftaa sii gargaree jiraa❤❤❤🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖

  • @xiiqii286

    @xiiqii286

    2 жыл бұрын

    Mati nuf taha

  • @shasheyweleeaa8394
    @shasheyweleeaa83942 жыл бұрын

    Wow waqayyoo waqaraa dachaa si haa ebbisuu

  • @mekdesuae4765
    @mekdesuae47652 жыл бұрын

    Waqayyoo.sii.wajinii.haa.ta'u.obolesaa.koo.🥰❤🙏🙏

  • @masaratfirrisaa8392
    @masaratfirrisaa83922 жыл бұрын

    Waqayyoo inni ATI Amanatee si wajjin haa ta'uu TV mo'aa Ebbifamaa

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p2 жыл бұрын

    Uuuuuufffff 😭😭 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa

  • @halkanobante1475
    @halkanobante1475 Жыл бұрын

    Ameen Ebbifami,, bay'ee namatti tolaa, Kuni dinqiidha..

  • @masarateshetu8836
    @masarateshetu88362 жыл бұрын

    Wwwwwwwwwwww gooftaa sina Ebbisuu👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @birmataaf2831
    @birmataaf28312 жыл бұрын

    Waaqayyoo jireenya keessaan haa eebbisu

  • @hawwiitube207
    @hawwiitube2072 жыл бұрын

    Waqayyo guddaa sii haa eebbisu kabajama kenyaa

  • @user-xo2fj1nd1q
    @user-xo2fj1nd1q8 ай бұрын

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuu fi Waaqayyoo siini haa ebisuu Waaqayyoo waan godhefi qaba

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu78352 жыл бұрын

    Yanii waqayyoo kenyaa addaa waqayyoo waan garii nuuf yaddaa yomiyuu!Eebifamaa

  • @Kas2299
    @Kas229910 ай бұрын

    Oromoo Oromoo hin jedhinaatii dura Afaan Oromoo sirriitti barreesa

  • @abdetaterfaofficial6851
    @abdetaterfaofficial68512 жыл бұрын

    Baay'ee nama ajaahiba dhugaa irraa baradheera anis. Jaarsoliin waldaa dhalootarra taa'an kun irraa ka'uu qabu. Wanti guddaan waaqayyoon dhagahanii isa waliin jiraachuudha!

  • @vxbanditxx2640
    @vxbanditxx26402 жыл бұрын

    Wwwwwwo ya waqayo siia galaathuu amen amen amen 💛💚❤🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩

  • @immabeettube5009

    @immabeettube5009

    2 жыл бұрын

    Kootu maati naaf ta"ii mee hadhoo koo

Келесі