BEFIKADU BEKELE: Wanti AADAA wajjin walitti hin hidhanne hin jiru! Part 1

Музыка

Sagantaa addaa EGEREE MEDIAn isinii dhiyaatu kana irraa akka barattan abdii qabna.
- Yeroo sagantaan kun waraabame biyyi keenya baay'ee waan ho'aa tureef sagantaa qabame kanas dabarsuuf waan hin dandeenyeef dafqa keenya nu ofkalchaa jenna.
Eebbifamaa

Пікірлер: 48

  • @CaltuChantu-ww3rm
    @CaltuChantu-ww3rm10 ай бұрын

    Ameeeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeeen eebbifama,dachaa waaqayyoo bara keesan haa eebbisuu❤❤❤❤

  • @elshaadayyesuusko7058
    @elshaadayyesuusko70584 жыл бұрын

    Bafiqe gooftaan sii haa eebbisuu nama gooftaa

  • @iyasuteshome2429
    @iyasuteshome24294 жыл бұрын

    Congratulations Gaddoo.This shows the committeemen you had to serve GOD and contribution you made to the Language.

  • @jimmaworkurgessa8247
    @jimmaworkurgessa82474 жыл бұрын

    Sirrii dha.Barumsa barachuun wanta gaaffii keessa galu miti.Osoo hin baratin dhaloota barate barsiisuun hindanda’amu.Garuu xiyyeeffannoon keenya wanta hafuuraa irratti ta’uu qaba malee baranne jennee of tuuluun barbachisaa miti.Hammuma oldeemaa deemnu sagalee Waaqayyoof gadi jechuun nu irraa eegama.Kanaafuu barachuu barachuu ammas barachuun wanta gaaffii keessa hingallee yemmuu ta’u wangeelli garuu 1ffaa ta’uu qaba.Galanis ulfinnis bara baraan Gooftaadhaaf haa ta’u.Eebbifamaa!

  • @waliinwaliinmara1417
    @waliinwaliinmara14174 жыл бұрын

    Wow befiqeeakka sii jalalu Gooftaan siihaaebsu umuri nufi dheradhu

  • @murtessatesgera7537
    @murtessatesgera75372 жыл бұрын

    Wayi befiqaduu kolfaan najjeeste😀😀😀😀😀😀😀

  • @jituutamiraat8250

    @jituutamiraat8250

    Жыл бұрын

    Kkkkkkk

  • @birhaneababe702
    @birhaneababe702 Жыл бұрын

    Beefiqaduu namaa waaqayyoo bagaa siif ta'ee

  • @oljiranugusa9954
    @oljiranugusa99544 жыл бұрын

    Ebbifami Befiqe. yommuu ati farfannaakeen waaqayyoon ebbistu,lafee baay'een lafaa funaanameera....jabaadhu.

  • @rajigemechu9586
    @rajigemechu95864 жыл бұрын

    Jabaadhaa obbo Gaaddisa!!

  • @naimnajem1533
    @naimnajem15334 жыл бұрын

    Ameeeee Ameeeee Wowowowo baayyee namti tolaa ebbifaamaw

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha29273 жыл бұрын

    Nama waaqayyo jaallatamakeenya bafiqe baayyeen faarffannaakeeti Eebbifama dhugaadha waaqayyo ha.eebbifamu amma dhumaati cimse sihadhaabu kiristoos

  • @bachamulatu9617
    @bachamulatu96174 жыл бұрын

    Waaw befikadu baga jiraatte.anillee hedduun si jaalladha si beekas.keessumaa nekemtee waldaa guutuu wangeelaatti siif mulukan hedduun ajaaibsiifadha.dhalootaanis sireedhumattan dhaladhe.haa ta`uutii isa ati daftee aartuu fi haadha warraa kee ibsee faana waggaa 3 waanan baradheef uffata isheen uffattu baayee na aarsa ture.dhugaa dubbachuuf siifii isheen nama adda addaati.Umurii dheeraa siif haa kennu.gara biyyaattimmoo deebi`i hadaraa.

  • @user-tv4dd7zm5o
    @user-tv4dd7zm5o4 жыл бұрын

    Uuuuuffffeeeeee baay'ee sii jalanaa ebbifami ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏📖📖📖

  • @dinqiturafisa4184
    @dinqiturafisa41842 жыл бұрын

    Ameeeeen Ameeeeeen ebbifamaa dachaa dachaan nama waaqayyoo🙏🙏👏👏❤❤

  • @jiratuumosisa5534
    @jiratuumosisa55344 жыл бұрын

    Eebbifama!!

  • @muneeramuneera4033
    @muneeramuneera40333 жыл бұрын

    Ameeen ameeen ameeen ebbifamaa ❤️❤️❤️❤️❤️💯

  • @tsedalechbusha9097
    @tsedalechbusha90974 жыл бұрын

    Ufeeeeeeeee malooo akkam namattii tolaa dhugaaa waqayyoo isinaa ebisuuuuu

  • @dnkysema1532
    @dnkysema15323 жыл бұрын

    Ameen ebbifamaa

  • @nimoonakumera3112
    @nimoonakumera31124 жыл бұрын

    Wow gooftaan saa Eebbissuu

  • @zdiyyewalaganaqamte3639
    @zdiyyewalaganaqamte36393 жыл бұрын

    Amen amen amen

  • @sagnituruna4738
    @sagnituruna47383 жыл бұрын

    ameen yaadaa addaa tii kunii

  • @jituutamiraat8250
    @jituutamiraat8250 Жыл бұрын

    Ebbifami befikadukeenyaa Koolfaan du.e kkkkkkkkkkkkkk

  • @burtukaanragasaargr1758
    @burtukaanragasaargr17584 жыл бұрын

    ebiifamaa

  • @maskaremasfawu2933
    @maskaremasfawu29334 жыл бұрын

    ebbifamaaaa

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme44104 жыл бұрын

    Barumsaa bay'ee bay'ee gaariii dha eebbifamaa eebbifama dachaa dachaa

  • @masarratb2407
    @masarratb24073 жыл бұрын

    Amen ohoh fudhuu galaata

  • @martbirqtube2501
    @martbirqtube25014 жыл бұрын

    Uuuuffffeee Waaqayyoo siin haa ebbiisu

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha29273 жыл бұрын

    Uuuuuufffeee dhugaadha mijataan waaqayyo duwwaadha

  • @deboragirma5896
    @deboragirma58964 жыл бұрын

    eebbifamaa

  • @KenaYoseph
    @KenaYoseph4 жыл бұрын

    Eebbifamaa

  • @waaqayoobekkadha4373
    @waaqayoobekkadha43733 жыл бұрын

    Wwwwwooo Ebifamaa

  • @meetidinqa935
    @meetidinqa9354 жыл бұрын

    Eebbifama

  • @bultuubultuu9667
    @bultuubultuu96672 жыл бұрын

    Wwwwooowww fiqee🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤

  • @meserettadasa4601
    @meserettadasa46012 жыл бұрын

    Befeqadu keenya waqaayyo umurii kee nuuf haa dherressuu

  • @cololkololee462
    @cololkololee4624 жыл бұрын

    Ebbiiffaammaa

  • @firyotworkine5044
    @firyotworkine50443 жыл бұрын

    AmmeenAmmeenebifamii

  • @bultuubultuu9667
    @bultuubultuu96672 жыл бұрын

    Farfanaa mafi bastuu amaa fiqee

  • @nxhmimibxnxmimii343
    @nxhmimibxnxmimii3434 жыл бұрын

    Kkkkkk mudaanon kee baayee naamaa kifaalchisaa waqayyoo siihaa ebisuu

  • @buzuneshibaayisaa2737
    @buzuneshibaayisaa27374 жыл бұрын

    Ebifamaa waaqayo sin ebisuu baayee namati toltaa dhugaa

  • @biretube5829
    @biretube58294 жыл бұрын

    Hebifamaa bayee namati tolaa gafifii debin kesaan goftan baraa kesaan hahebisuu Mudanoon by fiqadu. Nama..gadisisaas nama Garamaas hhhh

  • @jesusloveme6418
    @jesusloveme64184 жыл бұрын

    Aana sibu sire nama biyyako ebbifama

  • @obsigaraa1426
    @obsigaraa14264 жыл бұрын

    BAQACHUU HIN QABDAN TURTAN AKKA KIYYATTI

  • @leparadisdesjeuxtheparadis8402
    @leparadisdesjeuxtheparadis84024 жыл бұрын

    ebifama namaota waqayoo farsan kee baye nati tola farfata kenya ayan waqayoo sinif yaz dabalu amasi

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha29273 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk mudanno baayye nama kofalchiisudha dhugaa

  • @kiyaseboka8515
    @kiyaseboka85154 жыл бұрын

    NATTI TOLEERA GARU SAGANTA TELEGRAMI WENNER SHOW IRRA COPY KAN TAE WAAN TAEF IDEA HAARAN QOPHEESSUF YAALA BARUUMSA GAARIDHA WAANUMA MARAAFU

Келесі