Qarshii lama dhabeen rakkadhe: Bafiqaaduu Baqqalaa

Музыка

Facebook: / asafamalkawakjira
Telegram: t.me/asefawakjira
Instagram: / asefawakjira
#WAKJIRATUBE brings you #Oromo #Gospel songs and educational videos. Thank you for watching and subscribing.

Пікірлер: 77

  • @gobineamboodinco603
    @gobineamboodinco603 Жыл бұрын

    Uuuufff😭😭senaa addati kunii dhugaa anuu farfanaa kana yeroon dhagefadhuu arii koos dhiphiinaa koo hundaa ittiin naraa badaa boqonaa samuu naaf ta'ee anaaf Bafiqee nuuf jiradhuu waqayyoo kanumaan callatii burqaa addaa jirenyaa kerraa haa burqisisuu❤️❤️❤️❤️

  • @dugoman875
    @dugoman8752 жыл бұрын

    Bafiqadun inuma jira jiradhu asee

  • @tigisttamiru2907
    @tigisttamiru29072 жыл бұрын

    😢😭Uuufffteee ebbifamii gafaan abdii kutuudhu farfannaa kanaan jajjabaadham nuu illee fayyadee dhugaa ayyaanni kanaa caalaa siif haa bayyaatu

  • @binizwarrior1909
    @binizwarrior19092 жыл бұрын

    Ayii Befike ammayyuu eebbifami!

  • @belayaschenaki6651
    @belayaschenaki66512 жыл бұрын

    Befikee si jaalanna nuuf jiraadhuu!

  • @farfatuuboontuukumaayesusa8229
    @farfatuuboontuukumaayesusa82292 жыл бұрын

    Ebbiifama. isiin lachuu. nuuf jiraadha. baruumsaa baay'een irra argadhee. ani dhugaa🥰🥰🥰🥰💕💕💕💕🥰🥰🥰🥰🥰💕💕💕👏👏👏👏👏

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee 💕

  • @umarshekh4491
    @umarshekh44912 жыл бұрын

    Uuuuufffe bagaa waqqaayyoo rakkina keessa sii base hadho koo gararaadha yesu

  • @anaaneedhaabaa9344
    @anaaneedhaabaa93442 жыл бұрын

    Uuuuffff anilee farfanna kana bayyeen jaladha dhugaa waqayyo si ha ebisuu

  • @sisaykebede-sj6xg
    @sisaykebede-sj6xgАй бұрын

    Amma diggaa fi Naqamtee gidduun geejjibni isaa miliyoona lamaaree

  • @jamilajami5653
    @jamilajami56532 жыл бұрын

    Waqayyo bara Haa ebisuu ebifamaa bafiqadu

  • @jalebadane2755
    @jalebadane27552 жыл бұрын

    Waaqayyoo saa eebbisu :namoonni baay'een seenaa kaleessa bareechanii dubbatu malee rakkadheen hin jedhanii ati garuu harkaa dhabuu kees haadhaa Fi abbaa dhabuu kees akkatti dubbata Isa kanaan si ga'e abbaa bara baraa sif ta'e cimsii waaqefadhu jechaa ammallee adaraa Kee ijoollee haadhaa Fi abbaa hin qabne lafa jiraniitti gargaari inni seenaa Kee jijjire isaanis ....

  • @sabontushawa2939
    @sabontushawa2939 Жыл бұрын

    Fiqe ebifama nama❤🙏🙏🙏🙏

  • @tiringotiri4859
    @tiringotiri48592 жыл бұрын

    Waqayoo gariidhaa bagaa obasaa n kesaa sii dabarsee waqayoo goftaaf galiin hatauu ilililililililililili 🤲😭🙏

  • @waqayyootikseekotianihomah3827
    @waqayyootikseekotianihomah38272 жыл бұрын

    Kakuun ture dhufuu qabenyarra Caalaa Muddamu kee garas Goffo ulfana jiraa Waqayyoo inni dabarsee osin jirachisee haa ulfaatu nama Waqayyoo!!!

  • @kushinvestment1851
    @kushinvestment18512 жыл бұрын

    Befiqe koo Faarfannaan kun si qofaaf miti lafa onaa namni nama hin argine keessatti "Obsi yaa lubbuu koo" jechaa waaqayyo nu gargaaree ceenee har'a ifa guddaa isaa arganne. Akkuma kee haala ulfaataa hedduu keessa ture garuu abdii kutee duuba hin deebine. Yesuusiin qabaannaan gahaa dha jabaa dhaa obboloota koo!

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee 👌👌

  • @rabumabirhanuofficialtube4767
    @rabumabirhanuofficialtube47672 жыл бұрын

    Ani nan yaadadha

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee 👌👌

  • @dinqiturafisa4184
    @dinqiturafisa41842 жыл бұрын

    Uuuffffeeee😭😭😭😭ebbifamaa nama waaqayyoo farfanaa kessaan bayyeen jalladha ijolummakoti kasee dhagefacha gudadhee waaqayyoo umurii kessaan nuuf haa dheeresuu ❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @hadhaako
    @hadhaako2 жыл бұрын

    Silayu farfanna Obsii ya gara ko obsuma jiraana uuuuuuuuuuuuuuuffff heduuu jaladha aniyu yaro araruu farfanna kana dhagefadha 😭💔 ebbifamii fiqew goofta inii SI gargare ha ulfatuu 💔

  • @tulluuchannel1399
    @tulluuchannel13992 жыл бұрын

    Unuufilllee jajabina guddaa nuuf ta'era nama waaqayyoo ammallee ayyannisaa dachaan isiniif haa baayyatu

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee 👌👌

  • @ayeeasanti8495
    @ayeeasanti84952 жыл бұрын

    Anile farsaa kana bayyen jalladhaa 😥😥😥😥😥

  • @Sarontube
    @Sarontube2 жыл бұрын

    Faarfannaa obsii yaa lubbuu koo jedhuu ani hedduu jaladhaa faarsaa Sanatti waan baay'ee dhagefadhe obse dhugummatti ergaa gurguddaa ofii keessaa qabaa 😭😭gaafa sammuu koo jeeqamuu faarsaa obsii yaa lubbuu koo jedhuun hundumaa irranfadha Ammayyatti waaqayyoo hubbanaa ogummaa kana caaluu siif haa kenuu befik namaa ebbifamaa asee atis guddaa ebbifamii sagantaa akkas nuu dhiyessuu keef barnootaa guddaa irraa argamaa 💔✝️✝️🙏🙏

  • @boontuuyesus4508
    @boontuuyesus45082 жыл бұрын

    waaqayyoo gaariidha Gaarummani isaa bara baraan jiraata ebbifamaa nama waqayyoo

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee 👌👌

  • @boontuuyesus4508

    @boontuuyesus4508

    Жыл бұрын

    @@desistuutube3083 tole ebbifamii hadhoo koo

  • @ababechyohannes600
    @ababechyohannes6002 жыл бұрын

    Waaqayyo gaarii dha uuffi

  • @laliseayyana7800
    @laliseayyana78002 жыл бұрын

    Waayyi hadhaa ofii 😭😭😭😭

  • @tigisttigist5924
    @tigisttigist5924 Жыл бұрын

    Ebbiffama koo

  • @bokumucakaku9214
    @bokumucakaku92142 жыл бұрын

    Waaqayyoo dachaa si haa eebbisuu barumsa guddaa naaf laateera anis baay'ee itti dhaggeefachaan guddadhe farfaannaa isaa, Dhugaa bahumsi isaa seenaa garaa na nyaate Aseekoo. Anillee akkasuma gaaf tokkoo yoo fedha kee ta'ee seenaa jireenya koo dhugaa nan baha dhalootaaf barumsa akka ta'uu hawwiin qaba Aseekoo baay'een si jaalladha.

  • @rehobothtvprophettesfa6389
    @rehobothtvprophettesfa63892 жыл бұрын

    uuuuuuuu farfaana anni baay'ee jaaladhu Ayyiii ayyii anaaf farfaanan kun seena gudda qaba, Obsii yaa lubuu koo.!!!!!!!!!!!!!

  • @eshetudegefe5846

    @eshetudegefe5846

    2 жыл бұрын

    Asee! Dafii guutuu isaa nuuf lakkisi maaloo! innoo baay'ee namatti tolaa! Fiqee baay'een si jaalladha! Dhugaa farfaannaan kee dhuka nama jebeessee baroota nama dabarsaa-----❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Lalisa_Asefa_Official
    @Lalisa_Asefa_Official2 жыл бұрын

    Bifiqeen edaa qormaata akkasii keessa darbeetu, nama bilchaataa akkasii ta'e! Qorumsi baay'achuun hanga kana nama bu'aa buusu nama godha jechuudha, yoo mo'anii keessa darbaniif! Bafiqeekoo, jaalala addaa siif qabna!

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee 👌👌

  • @olifantube
    @olifantube2 жыл бұрын

    Isuma dhugaa bayyeen jaaladha! nuuf jiraadhu ❤🙌

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee 👌👌👌

  • @waaqqayyoogaariidhaa903
    @waaqqayyoogaariidhaa9032 жыл бұрын

    Obsii yaa lubbu koo... Befiqaduu mucaa biyyakoo💞❤️

  • @kooliko7822
    @kooliko78222 жыл бұрын

    Uuuffee Obsii yaa lubbukoo

  • @meserettaganu5348
    @meserettaganu5348 Жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuufffffffffffff amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee

  • @HUNDAAF-MEDIA
    @HUNDAAF-MEDIA2 жыл бұрын

    Waaqayyoo bara keessani yaa Eebbisuu nufi jiradhaa ❤

  • @drfeyissa228
    @drfeyissa2282 жыл бұрын

    What an amazing testimony!

  • @biyyajiruu3672
    @biyyajiruu36722 жыл бұрын

    Man of God I love you❤️❤️❤️

  • @Motuma3
    @Motuma32 жыл бұрын

    Nagaaf araarri waaqayyoo lafa jirtanitti siniif haa ta'u

  • @maddanagaakoyesus340
    @maddanagaakoyesus3402 жыл бұрын

    Seenaa gara nama nyaatuu uuuuuuuffffee 😭😭😭😭❤❤❤❤❤

  • @gemtadagim6970
    @gemtadagim69702 жыл бұрын

    Befiqee, ergaa ciccimaadhaan nutajaajilaa turte. Yeroo hunda si yaadanna. Har'a immoo ergaa haaraa fi kan yeroo isa Waaqayyo karaa kee ergu nu biraan ga'uuf maal yaadaa jirta laata? Seenaan kaleessaa har'aaf bu'uura. Hojjii caaluu sirraa eegna. Jabaadhu!

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa2 жыл бұрын

    Uuuuufffffeee obsii yaa Lubuu koo Waaqayyoo dadda,amaa!!!!!

  • @tasobira5460
    @tasobira54602 жыл бұрын

    uuuuuf waan baay"ee nayadachifte nama waqayyoo

  • @tesfayeabdissa4122
    @tesfayeabdissa41222 жыл бұрын

    Gooftaan koo ammaallee kana caalaa si haa eebbisu daangaa kees siif haa bal'isu Befiqee koo. Faarfannaa kee duwwaa miti haasahadhumti kee inni amma kun iyyuu baay'ee humna qaba haadhoo koo. Yesuus koo daddabalee si haa eebbisu ammyyuu. Baay'een si jaaladha.

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee 💕👌

  • @tigisttigist5924
    @tigisttigist5924 Жыл бұрын

    Bay'een jalladha faru kana

  • @sifanrgasa6161
    @sifanrgasa61612 жыл бұрын

    Waqayyo Guyyaa Qaba 😭😭😭

  • @chaladuguma5845
    @chaladuguma58452 жыл бұрын

    a blessed man

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee 👌👌

  • @kuulii3740
    @kuulii37402 жыл бұрын

    Maaloo gaaffiif deebii kana guutummaa isaa nuu maxxansi! Akkaataa rakkinaaf gidiraa itti injifatan nama barsiisa. Gaaffii Bafiqee waliin goote kana guutuusaa ilaaluun barbaada. Waan duraa duubaan cite fakkaata

  • @WAKJIRATUBE

    @WAKJIRATUBE

    2 жыл бұрын

    Tole

  • @abdiolana630
    @abdiolana6302 жыл бұрын

    Sijaallanna!❤️♥️♥️♥️💔💔💔

  • @martbirqtube2501
    @martbirqtube25012 жыл бұрын

    Bayy'ee garaan koo naa badee😭😭😭😭🥰

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee 👌👌👌

  • @maddanagaakoyesus340
    @maddanagaakoyesus3402 жыл бұрын

    Wayo far keenyaaa😭😭😭😭😭😭

  • @jiregnataye882
    @jiregnataye8822 жыл бұрын

    😢😢Seenaa nama gaddisiisu, Baga Waaqayyo kana hundumaa keessa si dabarse

  • @johnytechh5035
    @johnytechh50352 жыл бұрын

    🙏❤🙏❤🙏❤🙏

  • @hamihami2940

    @hamihami2940

    2 жыл бұрын

    Ammmen uuuuuuufffffffeeee ebifami

  • @hadhaako
    @hadhaako2 жыл бұрын

    😭😭😭😭😭💔💔💔

  • @meserettaganu5348
    @meserettaganu5348 Жыл бұрын

    ❤️❤️❤️🙏🙏💯💯😭😭😭😭

  • @desistuutube3083

    @desistuutube3083

    Жыл бұрын

    Mattii naaf ta.iimee

  • @ababechyohannes600
    @ababechyohannes6002 жыл бұрын

    😭😭😭😭

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын

    😭😭😭

  • @myoheiene3031
    @myoheiene30312 жыл бұрын

    ❤💖💖💞🤲🤲🙏🙏

  • @yoowaqayyoojedhe........2477
    @yoowaqayyoojedhe........24772 жыл бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @dammekhan3417
    @dammekhan34172 жыл бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @aloalo3250
    @aloalo3250 Жыл бұрын

    Yesus hin dandaha

  • @biliseedaanii3611
    @biliseedaanii36112 жыл бұрын

    Yesus koo galatoomi

Келесі