WAKJIRA SHOW --FAARFATAA DASTAA HINSARMUU (KUTAA 1FFAA)

Музыка

WAKJIRA SHOW is Christian Show and focuses on sharing inspiring stories of godly people. It's hosted by Asefa Wakjira and produced by Gibe production.

Пікірлер: 251

  • @Grandas7358
    @Grandas73582 жыл бұрын

    Wow! Baayee namatti tola, eebbifamaa.

  • @alemneshnegn1059
    @alemneshnegn10596 жыл бұрын

    Garbicha waqayyo ebbifami faruu ket bayyen ebbifame ammale ittin ebbifama jira ayyani waqayyo siif haa bayyatu

  • @ermiyasdereje7691
    @ermiyasdereje76916 жыл бұрын

    waaqayyo isin haa Eebbisu Ase, isin jaallanna lamaan keessanuu, nuuf jiraadhaa.

  • @waktolalamesa9475
    @waktolalamesa94756 жыл бұрын

    Waaqayyoo Isin haa eebbisu!!!!!! jireenyi keessan ammas dabalee haa eebbifamu, ergaa barumsaa fi amantii ,akkasumas hamilee ykn hubee namni hojiif qabu,sirriitti ibsitaniittu,hafaa jiraadhaa! isin waliin jirra,itti fufaa!!!!!!!! dhalootaaf ammas ce'umsa ta'a kan jettan nuu dabarsuu ittuma fufaa!!!!!!!! God bless you with his love!!!!!!!!!

  • @dammituudajaneedammituudaj2240
    @dammituudajaneedammituudaj22406 жыл бұрын

    Ebbifama maqaa waqayyootin namoota waqayyoo ayyanni goofta isirrati haa ta'u

  • @aynaayna619
    @aynaayna6194 жыл бұрын

    Wowoooo dhugaa ba’uumsa ajaa’ibsisa dha.waqayyoo isin haa eebbisu eebbifami.jajaabina cimina gudda waqaa wajiin jirachun argamu dhugaa ba’umsakeera baradhera.

  • @nuujiradhuukodee.kenyaalit2215
    @nuujiradhuukodee.kenyaalit22153 жыл бұрын

    Dhugaa Waqayyoo Gooftaa Sii Haa Eebbisuu Eebbifamii Mucaa Kakuu Yadaa Gariidhaa 💯💯💯💯💯💯💯💯💯✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓💕💕

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera8264 жыл бұрын

    Uuuuuuuffee akkan sitti gammade garaan waaqayyoo sitti haa gammadu dastaa baay'ee waan hundumaan rabbi si guddiseera jabaadhu warri qophii kana hojjattanis galata qabdu

  • @masqaleabdisa6095
    @masqaleabdisa60956 жыл бұрын

    uuuuuufffffeeeeee hojii waqayyo baay'ee nama dhiba eebbifami far dasta. malii akkamiti dagatu akkami irranfatama

  • @user-wv7wl1sd4g
    @user-wv7wl1sd4g3 жыл бұрын

    Wawwwoo wawwwoo Wawwwuuu uuufffeee halaa hundumaati inni si gargaree goftaan haa ulfatuu Ebifamaa dachaa

  • @tashaletariku9866
    @tashaletariku9866 Жыл бұрын

    Hojii,dinqii Waaqayyoof safuuuuuudha. Karaa Inni hojii isaa hojjetuu fi namatti hojjetu itti hin beekani.

  • @ermias9846
    @ermias98466 жыл бұрын

    Dastaa, waaqayyo baay’ee daddabalee si haa eebbisu. Faarfannoota kee kanneen jalqabaa kana dhagahaan guddadhe, baay’ee itti eebbifamaan ture. Har’a illee ittiin eebbifamaan Jira. Dhugaa dubbachuuf faarfannaawwan kana humna guddaatu keessa Jira. God Bless you so much. Those songs are very impactful, positively and have powerful messages to educate the good news of gospel.

  • @bayiagemeda5743
    @bayiagemeda57436 жыл бұрын

    Eebbifamaa Obbolaanko !!! Waaqayyo isin ha eebbisu .............

  • @koofiabdiijiraa6338
    @koofiabdiijiraa63384 жыл бұрын

    Uuuuufffee ebbifamii guddaa dastaa namaa kakuu gooftaan koo dachaa sii haa ebisuu

  • @derejeyadeta806
    @derejeyadeta8065 жыл бұрын

    bay'een irra baradhe dhuga ebbifami waajjo .dastas naaf ebbisi

  • @nananana6873
    @nananana68736 жыл бұрын

    Dhugaadha nama baaye jalanuu baaye waaqayo isin haa ebbisuu barumssaa bayee irra tii baranee gudaa ebbifamaa

  • @kiyyaatube9073
    @kiyyaatube90733 жыл бұрын

    Wwooww baayye namaati tolaa dasta &wakjira waan baayee sirra barane dataa barrikee yaa eeebifamuu😘😘😘

  • @seenaachalchisamucakakuu524
    @seenaachalchisamucakakuu5246 жыл бұрын

    Waqayyo Gudda Sin Haa Ebbisuu F Dasta Ebbifamii Hasa'a Kee Irra Waa Bayye Baradhee Ebbifamiii Dhuga Ayyanichi Dachan Sif Haa Dabalamuu Akkasuma W Show Dachan Ebbifamii

  • @asterdxb3356
    @asterdxb33562 жыл бұрын

    Safuudha dhugaa waaqayyo seenaa nama geedaruufii

  • @shantame..abdiinkoojiratad8754
    @shantame..abdiinkoojiratad87546 жыл бұрын

    Waaqayyoo guddaa sin haa eebbisuu eebbifamaa kuta 2fa satin nagan nuf debi'a waqayo sin haa gargaru

  • @ermiasderejeofficialtube
    @ermiasderejeofficialtube6 жыл бұрын

    Waqayyoo bayyee sin ha Ebbisu bayye irra baradheera

  • @anioromoodha3010
    @anioromoodha30103 жыл бұрын

    Gooftan si yaa eebiisu nama gooftaa. Guyyaa tokko otoon taa'ee faarsaa kee dhageeffadhee boo'un balballi gammachuu tokko naaf baname. Bara jalqaba university xumuree bahu hojii barbaachaf jecha waan hedduu keessa darbeen ture . Guyyaa tokko taa'een faarsaa kee dhageeffachaa boohaa ture otuman kanaan jiruu bilbili wahii gara kootti bilbilame....... Sana booda hojiif siif bilbilaa jirra finfinnee irraa naan jedha............ Achumaan ........ Itti fufa........

  • @iyesusmichuudhugaakooiyesu9971
    @iyesusmichuudhugaakooiyesu99714 жыл бұрын

    Waaqayyo sihaa eebbisu faarfannaa kee kan quufamu miti!!

  • @sifankuma3692
    @sifankuma36926 жыл бұрын

    Dastaa namaa kakuu nuuf jiraadhuu waqayyoo gooftaa guutummaa baraa kee haa ebbisuu.

  • @bontuchalafufi6000
    @bontuchalafufi60004 жыл бұрын

    Gooftan koo dabalee sii haa ebbisuu mucaa keenyaa sii jallanna !!!!!!!

  • @feenetiiwalggaa5220
    @feenetiiwalggaa52206 жыл бұрын

    uuuuuuuuuuuffffffff farfannakee bayyeen jaaladha hundasayyuu wayyii bayyeeni baradhee sirratii dasta dhalii nama essa kayyee essaa akka ga'uu ammayyuu waaqayyoo hubanafi ogummaa isaa dachaa dachaan sifa bayyiissuu

  • @amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696
    @amantinkiyyaalubbuukiyyaao86966 жыл бұрын

    Waaqayyoo sinaa ebbisuu Saba kakuu barumsi keessani bayyee namati tolaa jabadha hiti fuufa ❤❤

  • @Lalisa_Asefa_Official
    @Lalisa_Asefa_Official5 жыл бұрын

    Waaqayyo isin haa eeebbisu!

  • @efiesayas5730
    @efiesayas57305 жыл бұрын

    ebbifama goftaan isiin haa ebbisuuu

  • @alifatima131
    @alifatima1316 жыл бұрын

    waqayyoo issina ebbissuu kanan durraa iddoo bay'eet egeen dham dhugaa dha namumma dasttaa hinsarmu nuf dhihessutu dhibbem! Asefaa waqayyoo si'a ebbissuu dasttaa waqayyoo amma dhummati si'a geggee ssuu!

  • @sinqeemosisa8394
    @sinqeemosisa83946 жыл бұрын

    Waan baay'ee irraa barannera eebbiifama kutaa itti anu abdiin isiin egnaa

  • @shdhdhshhs9321
    @shdhdhshhs93216 жыл бұрын

    Ebifamaa dhugadhaa waqayoo dinaa aebisuu ebifamaa

  • @blackqueen9541
    @blackqueen95416 жыл бұрын

    My favorite gospel singer Desta bless you more and always with ur beloved family. Anaa dhufuu wakjira show.Ase bless you too 🙏🏼

  • @destahaileodaa6880
    @destahaileodaa68806 жыл бұрын

    Ebbifami Dastoo....atis ebbifami Wakjira shaw itti fufi waan baay'ee namatti toludha

  • @lidiyadebeladebela4577
    @lidiyadebeladebela45776 жыл бұрын

    Farfana dasta baye jaladha garu dasta garu hin jaladhu sababin isayu baye offi jaja iddo ba'e hin beku irafatera

  • @tarekegnhirpha2979
    @tarekegnhirpha29796 жыл бұрын

    wow ase fi dasta siin jaalladha eebifama

  • @obsinaanmedia405
    @obsinaanmedia4052 жыл бұрын

    Hedduu eebbifamaa obboloota.

  • @balayneshanbessa5145
    @balayneshanbessa51456 жыл бұрын

    Amen amen amen ebbifamii ebbifamaa

  • @dirrootube3519
    @dirrootube35192 жыл бұрын

    Uuuuuuffffffeeee dastiyyeko ebbifami guddaa

  • @marelata5911
    @marelata59116 жыл бұрын

    Waqayo Sii haa ebisu Dasu And Waqajira Ameen Ameen

  • @obsiyemom2907
    @obsiyemom29076 жыл бұрын

    Ebbifamii dachaa Namnii wanumaa farfanaa jalatuuf farfachuu Hin danda'u dhugaadhaaaaaa

  • @burtecaltu4169
    @burtecaltu41696 жыл бұрын

    Wan baay'een sirraa baradhe dastaa eebbifami barikee maqaa yesusn Kan eebbifame haa ta'uu umuri dheeradhuu asfe atis eebbifami waaqayyoo sif haa eebbisu baay'een sinni jaaladhaa ijoollee abbaa Koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @sarahsarah954
    @sarahsarah9543 жыл бұрын

    Wawwuu wqyyo isiin haa ebbisuu.

  • @caaliiadunaawaaqayyooabadi7440
    @caaliiadunaawaaqayyooabadi74406 жыл бұрын

    Wow wow baay'ee namati toltuu dhugaa waaqayyoo baraa fi jirenyaa keessan haa ebbisuu

  • @prophetlightnukus6915
    @prophetlightnukus69156 жыл бұрын

    Faarfataa Dastaa jechuun nama baayyee nama waaqayyoo fi dhalootaas fakkeenya ta'u,akkasumas akka kootti Faarfataa Dastaan nama waaqayyo isatti fayyadame waaqayyos isatti fayyadame jedheen yaada.

  • @yadanoshime6139

    @yadanoshime6139

    5 жыл бұрын

    Prophet Sekata Nukus h

  • @beshanamiressa5498
    @beshanamiressa54983 жыл бұрын

    Jabaadhu waqayyoo sii haa ebbisu

  • @ebiseebise1843
    @ebiseebise18436 жыл бұрын

    Wowwwww goftan galata gudda haa argatu Dasita Ayyani gofta hubanan oguman kan calluu siif haa dabaluumuu Obbolloottaa koo Ebbifaamaaa wakjra show bayyee garidhaa itti fufaa

  • @mariyamduressa9383
    @mariyamduressa93836 жыл бұрын

    Eebbifama waaqayyoo mul'ata kana caluu isiinif haa keennu

  • @laniefufa3799
    @laniefufa37996 жыл бұрын

    Wwwwwwooo ase koo ebbiffamii akkan sii jaaladhuu

  • @firewtarekegn8488
    @firewtarekegn84886 жыл бұрын

    Great Work Wakjira Show! God bless you!

  • @yoodittadesa6937
    @yoodittadesa69376 жыл бұрын

    Ijolle waaqayyo Eebbifama gooftaan ayyaana isaa isini haa baay'isuu gooftaan seena nama jijira maqaan waqayyo ha eebbifamu jabaadha itti fufa!!

  • @momshassen6669
    @momshassen66696 жыл бұрын

    waw Eebbifamaa Isin Lachuu Asefa Itti Nuu Fufi Kanumaan.

  • @tiyamoti3010
    @tiyamoti30106 жыл бұрын

    Wowow bagaaa nagaani dhuftaani nama jaladhufiii kabajuuuu nuuuf qabateee dhiyyateee waaqayyooo baraa isaaa haaa ebbisuuu Ebbifaami Dastaaa kenyaa si jaalanii Aseee atis nuuf ebbifaami namaa waaqayyooo

  • @yadetabedasa
    @yadetabedasa6 жыл бұрын

    Asseffaa fi Dastaa waaqayyo guddaa isiin haa eebbisuu! Baayyee isiin jalannaa. nuuf jiraadha.

  • @Amal-el3hh
    @Amal-el3hh4 жыл бұрын

    ww namattitola baay.ee ameeeeeern

  • @karaadhugaa7160
    @karaadhugaa71602 жыл бұрын

    Wawwwooo ebbiifamaa goftaan sin haa ebbiisu

  • @aragajimansa1841
    @aragajimansa18416 жыл бұрын

    Dastaa eebbifami dhugaa bahinsi kee barumsa guddaa qaba jabaadhu jabaadhu cimi ammallee gooftaan si haa eebbisu eebbifami.

  • @adugnamirkana5119
    @adugnamirkana5119 Жыл бұрын

    Baay'ee nama gammachiisa ittin gammade.

  • @dinagdegemechu1879
    @dinagdegemechu18796 жыл бұрын

    Baga nagaan dhufte Wakjira show! Eebbifama,baayyee nama eebbisa,barsiisas!!

  • @lalistuwallaga5050
    @lalistuwallaga50506 жыл бұрын

    Uuuuf yaa ijolee abaa tokoo waqayoo isinaa ebisuu ebifama dasita & asafa kenanikeessan isnhii hadabaluu waqayoo

  • @zufaanjifaronamakaku5157
    @zufaanjifaronamakaku51576 жыл бұрын

    waqayyoo isiin yaa ebisuu bayyeen baradhee dhugaa hubanan waqayoo kana caalatii isiinf yaadabalamu ijoolee kakuu 🙌🙌🙌F/Dastaa farfanaan kees haranama galfachisaa jechii kees bayee nama gamachisa!!!!! ebiifamaa Baayeen isinjalaadha ijoolee Abaa kotii Berutiraa❤❤❤

  • @obsiyemom2907
    @obsiyemom29076 жыл бұрын

    Waaqayoo sennaa jijiraa D. Harmee Kee baayeen jaaladha uuuuuuuuuuuufffeeeeeeee

  • @alogetachewag2291
    @alogetachewag22916 жыл бұрын

    Wooooow baga nagaan nu dhuftan waqayyoo isiiin haa eebbisuu seena ajibaati Eebbifamaa bayyee isiin jalanna💝💝

  • @tigistabbeshu6533
    @tigistabbeshu65335 жыл бұрын

    Uuuuuuuuffffee farfataa dastaa waaqayyoo baraf jirenyaa keessan haa ebbisuu ebbifamaa dachaa

  • @feenetiiwalggaa5220
    @feenetiiwalggaa52206 жыл бұрын

    wawooo waaqayyoo si'aa ebbisuu ebbifamii dasta bayyee si jaaladha mucaa kakuu

  • @dammeebarsisa.saudiarabiai3853
    @dammeebarsisa.saudiarabiai38536 жыл бұрын

    uffeeeeee ameennn ameennn ameennn ameennn ameennn ameennn waqayyoo gooftaan isiini haa ebbisuu ebbifaama maqaa Yesusiin

  • @kitabie151
    @kitabie1516 жыл бұрын

    Wawww waqayoo si haa ebisuu dastaa koo dachaa dachaa si haa ebisuu bayee namtii tolaa farfanaa kee hundd

  • @metidajanee6605
    @metidajanee66056 жыл бұрын

    waqayyoo goftan maca isin ha'ebisu amas dacha isin haa bay'isu ebifama

  • @hijazimestawotbalcha6910
    @hijazimestawotbalcha69106 жыл бұрын

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Ebifamaa Ebifamaa Waqayyoo Sinaa Ebisuu D $W

  • @kumesori2057
    @kumesori20576 жыл бұрын

    wooooow Ebbifami wakjira hoji gari jalqabde

  • @lensajesus1787
    @lensajesus17876 жыл бұрын

    Wawwwwwww bayyee namati tolaa goftaani siin haa Ebisuu

  • @graceofgod868
    @graceofgod8686 жыл бұрын

    Eebbifamaa Far Dastaa fi Asaffaan!! baayyee itti Eebbifameen jira!! Itti fufi

  • @lordjesus9994
    @lordjesus99946 жыл бұрын

    Bagaa gooftaan koo si gargaaree dastee dhugaa

  • @bontudesta528
    @bontudesta5286 жыл бұрын

    Wowowow baye namati tola waqayo lamakesanu haa ebisuu ebifamaa

  • @bichakamelkamu6744
    @bichakamelkamu67445 жыл бұрын

    waaqayyo isin haa eebbisu

  • @megersalulu3826
    @megersalulu38266 жыл бұрын

    Asaafaa waqaayyoo si ha ebbisuu

  • @waaqayyooffaarfanna3987
    @waaqayyooffaarfanna39875 жыл бұрын

    waaqayyoo isin haa eebbisuu, Far Hinsarmuu bara kee gooftaan haa eeebbisuu, Hammayyuu kennaakee irratti siif haa dabaluu, ,,jireenya baraa baaraati saa ga'uu,,,,long live my brother!!!

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa26806 жыл бұрын

    Wowowwww waaqayyoo gooftan sina ebbisuu ebbifamaa obbolaawwan koo

  • @selamassafa320
    @selamassafa3206 жыл бұрын

    Wowo nami jirenya isaa keessati kayoo qabu lafa jiruti hin haafu

  • @mulunegari7984
    @mulunegari79846 жыл бұрын

    THANK,BE HOLY SPIRIT HE IS GREAT THAN ANY POWER!! HE KEEPS YOU ALIVE I THANKS HOLY SPIRIT FOR YOU ALSO YOU'RE WITH OUR CHURCH PLANT THE SEED EVANGELICAL OROMIYA CHURCH I 'M HAPPY ABOUT YOU!! MY GRANDSON SANYII LOVES YOU AND SINGING YOUR BARUMESII AKOO TAA'TA HAFIITA'A ISA JIDUU JAALATA'A SAA EBISU

  • @isaanaafdhigeeiyesuusekoo6667
    @isaanaafdhigeeiyesuusekoo66676 жыл бұрын

    Woww ebifamaa ayanisa sira Fudhatinkaa ebifamaaaa ijoolee waqaayyoo itti fufaaa maaalo

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha29274 жыл бұрын

    Baayye seena namati toludha dhugaadha barumsa namaaf kenna baayyeeti

  • @kenaararso7708
    @kenaararso77086 жыл бұрын

    Wow Waaqayyo isin haa eebbisu! waan ajaa'ibaati, guddaan irraa fayyadame...jabaadhuu itti fufe obboleessa keenya #Asefa, Waaqayyo si haa gargaaru!

  • @siifandawwa1450
    @siifandawwa14505 жыл бұрын

    Gooftaan isin haa eebbisuu nama kakuu dastii$wakjira😍😍

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin64566 жыл бұрын

    waaqayyoo abban dachan sin yaa eebbisuu eebbifaama😍😍👍👍

  • @adisufaji2878
    @adisufaji28786 жыл бұрын

    Galatoomi Asee. gooftaan si haa eebbisu.Jiraadhuu!

  • @GB-mh1tv
    @GB-mh1tv6 жыл бұрын

    Woow bayyee n amati toltu isiin lamanu dachaan eebbifama

  • @michuulafaaonaa6272
    @michuulafaaonaa62726 жыл бұрын

    Waaqayyo ulfiina fuudhu!!!! ድንቁ ኢየሱስ ድንቅ ያዴርጋል . Well come wakjira show Ase Eebaf taayi mucaa kaaku Far.Daasta umriin buuli waaqayyo siiha Eebbisu

  • @wapayojiraaok

    @wapayojiraaok

    6 жыл бұрын

    Michuu lafaa Onaa hi

  • @ulfaadhuuyesuus4723
    @ulfaadhuuyesuus47236 жыл бұрын

    wowowow Ebbifama baay'ee namati toltuu

  • @sharookelbessa7472
    @sharookelbessa74726 жыл бұрын

    dhugaa waaqayoo goftaan isin haa eebisu bayee isin jalaanna Asefa wku ttan si argee

  • @Lammiif
    @Lammiif6 жыл бұрын

    waaqayyo isin haa eebbisu!.... namootan baay'ee isinkabajuuf jaalladhuudha isin lachuu "akka namaattimmoo fakkeenya warra dhalootaf taataniidha

  • @kiristanumaanjirenyaakiris8674
    @kiristanumaanjirenyaakiris86746 жыл бұрын

    Ameen ebbifama ijoollee waqqayo goftaan isiin haa ebbisuu

  • @sanyiigeleta849
    @sanyiigeleta8494 жыл бұрын

    Wooow waan ajaa'ibaati haalli itti hojii egalte!! Garuu jarrii si ari'atan sun na gaddisisani

  • @teshometaressa900
    @teshometaressa9006 жыл бұрын

    Baay'een eebbifame haasaa keessanitii. Abdii kootu haara'e! Thank U Asee!

  • @lelliseegaramulelliseegara2437
    @lelliseegaramulelliseegara24376 жыл бұрын

    wow farfaata bayyee jalanudha seenaa bareedaa kan qabdu ebbifamaa dachaa

  • @chaltuabdiinjiraawaaqayyob5571
    @chaltuabdiinjiraawaaqayyob55716 жыл бұрын

    baga nagaan dhuftan baarumsa gaari kan qabuudha ebbifaama laman kessanu ijjolle waaqayyo jabadhaa

  • @abdinjiraizr1026
    @abdinjiraizr10266 жыл бұрын

    Waaqayyoo,isin Haa ebbisuu,barumsaa guddadha!

  • @belaygerba2201
    @belaygerba22016 жыл бұрын

    rely I got very crucial thing from the dialog. please continue to offer such people.

  • @user-tv4dd7zm5o
    @user-tv4dd7zm5o3 жыл бұрын

    Wowwuuuphaaaa ebbifamaa baay'ee isiin jalanaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍😍🌺🌺🌺🌺🌺🌹🌹🌹😘😘😘😘😘

  • @selamassafa320
    @selamassafa3206 жыл бұрын

    Dasta wayooooo ebifami

Келесі