Akkamiin wal ganna-Befikadu

Фильм және анимация

Пікірлер: 96

  • @brexsatube.6072
    @brexsatube.60726 жыл бұрын

    Ani garuu yeroo hundumaa farsaa kannatti nan eebbifama! Uffee ulfaadhu gooftaa waa’ee befiqeefi!

  • @bilisumagemeda8717
    @bilisumagemeda87176 жыл бұрын

    waaqayyoo bara kee haa eebbisuu waqayyoo mmoo teessoosaarraarrttii galanii haatu'uuf .. dhufee naat hasaassa kaaa'ii farsii jedhe ameen

  • @burtee649
    @burtee6496 жыл бұрын

    Ameeen Ameeeeen Ameeeen waaqayyoo sin haa ebbisuuu turee naa xuxuqaa olmaaan kee yesusi koo keessàa kooti

  • @abdiikeef5528
    @abdiikeef55289 жыл бұрын

    Gooftan daddabalee ebba isaan isin haa sooru! !

  • @burtukannegeso4945
    @burtukannegeso49456 жыл бұрын

    Ebbifami befiikee sii yaa ebbisuu dacha dachan ayyanii gofttaa si yaa baayatuu uuuuuuuuuu Thk yuo

  • @dnmmdvmdnf5092

    @dnmmdvmdnf5092

    5 жыл бұрын

    961

  • @MrSoso0110
    @MrSoso01108 жыл бұрын

    Ameeeeeeeen olmaa waqqayyoon wa baayee darbeee annii akkami sii ta uu seenaa baayee annaa keessaa ta.eee

  • @chalaidosa4477
    @chalaidosa44779 жыл бұрын

    waaqayyo gooftaan guddaa si haa eebbisu Bafikee nama biyya koo sin jaaladha..........

  • @bilisumakebena2461
    @bilisumakebena24612 ай бұрын

    uffee yesuus koo seenaa baayee dhugumaa wajjiin qabna akkamittin si irraanfadha

  • @adanachadanesh2449
    @adanachadanesh24495 жыл бұрын

    Ameeeeeeeeeen Ameeeeen akkamin wal ganna akkamin wal dhisna gaalme bay'ee wajinin galmesine qabna......ebbifami bafikadu

  • @dinqedassaallenyiduresa7170
    @dinqedassaallenyiduresa71705 жыл бұрын

    Eebbifamii

  • @danuudanuu4900
    @danuudanuu490010 жыл бұрын

    dhugaayyuu dhuguma........!!!!!!! gooftaan si haa eebbisu Befike!

  • @jiraiyesusb9923
    @jiraiyesusb99236 жыл бұрын

    bk ebifami sif haa baayatu

  • @caaliibiraasaa152
    @caaliibiraasaa1528 жыл бұрын

    dhugumaayuu waan baayyee dabarre har'aa kunoo as geenyee gooftaan siyaa ha ebbisuu baiqee

  • @honeyfole1993
    @honeyfole19939 жыл бұрын

    Gooftaan koo sii haa eebbisuu dabalee.,.,.,.,.,.,,

  • @amsaluwaktola975
    @amsaluwaktola9759 жыл бұрын

    Mootummaa Waaqayyoo keessaa qooda qabaadhu.

  • @fikirutemesgen3668
    @fikirutemesgen366810 жыл бұрын

    Faarsaa kanatti guddaa ebbifameera. Jechoota mi'awoo fi filatmoo akkasi gooftaan inni si keessa kaa'e Waaqayyoo haa ulfaatu. Sinis Inni sin haa ebbisu. Sagaaleen kee (qooqni kee) baay'ee namatti tola.

  • @susufifitube2907
    @susufifitube29074 жыл бұрын

    Dhaggeeffatamee takkaa hin quufamu Eebbifami !!

  • @limatukebede4916
    @limatukebede491610 жыл бұрын

    Befiqaaduu,Waaqao si haa eebbisu! faarfannaakeetiin eebbifameea.

  • @genetgemedagmailorbudhaati9574
    @genetgemedagmailorbudhaati95748 жыл бұрын

    Akkamin waal gana,Akkamin Waal dhiibna,Seena wajjiin daabarsine qabna.Waaqayyoo guddaa daddabale si haa eebisu obboleessa koo Bafiqadu ...!

  • @booneetarefaaalsmar9072
    @booneetarefaaalsmar90728 жыл бұрын

    Ameen Ameeen Ameeen Ameeen Ameen eebbifamii namaa gooftaa......

  • @hussainyt1061
    @hussainyt10614 жыл бұрын

    Waqaayyoo bara fi jireenyaa kee hunduma haa ebisu yesuus kirstos ebifami maqaa waqaayyoon❤❤💔💔💔💔💝💝🎧🎧🎧🎧👍🌷🌷🌷

  • @woriqneshmulatu7234
    @woriqneshmulatu723410 жыл бұрын

    Waqayyo barra jirenya ke ha ebisu

  • @kalbesagobena7697
    @kalbesagobena76979 жыл бұрын

    Eebbifami Befike! Ayyaannu kun sirratti ha dabalamu! sichii faarfannaa haaraa hedduu wajjin si eegna. super work. "•••duumeessa yaaddookoo narraa dabarseetu......"...Ameen

  • @a.boontuuwaliso7068
    @a.boontuuwaliso70688 жыл бұрын

    Gooftaan saa ebbiisuu

  • @bashahusen2591
    @bashahusen25918 жыл бұрын

    abooo argaa keessan yesus waaqaa miti ergamaa isaatii maleee

  • @ehtineshbishaw8287
    @ehtineshbishaw82877 жыл бұрын

    goftaan si haa ebissu

  • @hawwiiambooromiyaa3423
    @hawwiiambooromiyaa34235 ай бұрын

    Farfannaa ergaa guddaa of keessaa qaabudhaa uuuuuuffee ulfaadhuu yesusee kooo 😢😢😢😢🙏🙏🙏🙏

  • @anaaf2010
    @anaaf201011 жыл бұрын

    wow....great song! Waaqayyoo si haa eebisu Befikadu B. Itti fufi dibata kanaan waaqayyoon tajaajiluu kee...yeroo hundaa faarssaan ati waaqayyoof dhangalaasttu keessa koo ciibssa. Jabaadhu!

  • @ejetashifera1749
    @ejetashifera17493 жыл бұрын

    Waqayyoo sii ebbisuu

  • @tsegayegirma7659
    @tsegayegirma76593 жыл бұрын

    bere jireenyaa ke waqayo yaa.ebisu

  • @qitessafikadu4672
    @qitessafikadu46728 жыл бұрын

    Dhugaadha kun!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @abdicho127
    @abdicho127 Жыл бұрын

    Faarsaa bareedaa kana ittiinan eebbifamaa jira!

  • @sinbooyesuus905
    @sinbooyesuus9058 жыл бұрын

    akkaaaaaaamiiiiiiin dagaaaaatuuuu seenaa indaagaataamneetuu jiraaa !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! waqaayyoo saa heebbiisuu

  • @brshamohamme8458
    @brshamohamme84586 жыл бұрын

    Wooow GOD BLESS YOU AMEEEEEN EBBIFAMII BEFIKE

  • @ChalaDebela
    @ChalaDebela10 жыл бұрын

    ohhh Jesus yahshuwah! Yesuus Yesuus Iyyesuus! ........akkamiin wal gatna??? eebbifami obbole......ayyaannisaa siif haa dabalamu waan kana nuuf hirteef(Gaaddisaoromiyaa) Ayyaanni Waaqaa obboleessa keenya Befiqaaduuf dachaa haa dabalamu......

  • @margetugelana7968

    @margetugelana7968

    10 жыл бұрын

    Chala Debela akkam Fayaa kessan ayyaani fi araarii waqaayyoo gofta si faa haa baaya'atu amma iyyuu ayyaani waqaayyoo si faa baaya'atu

  • @ChalaDebela

    @ChalaDebela

    10 жыл бұрын

    Margetu Gelana ameen margi....siifis nagaan ayyaannis....

  • @margetugelana7968

    @margetugelana7968

    10 жыл бұрын

    Chala Debela amen ebifami

  • @zaritoukakaba7722
    @zaritoukakaba77226 жыл бұрын

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeen Ameeeeeen

  • @bezawoya1700
    @bezawoya17009 жыл бұрын

    Wow really amazing one ,my God bless you again and again

  • @user-bx6nj8nd4n
    @user-bx6nj8nd4n5 ай бұрын

    ❤❤❤❤ Nama waqayyoo ebbifamii

  • @yomiyukebek8269
    @yomiyukebek82696 жыл бұрын

    Waaqni sii haa eebisuu!!!!

  • @dejenehawas4547
    @dejenehawas45478 жыл бұрын

    Akkamiin walgannaa?akkamiin waldhiifnaa? Eebbifami guddaa!!!

  • @gudetabesso2550
    @gudetabesso255010 жыл бұрын

    Good bless you, Befiqadu!

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p2 жыл бұрын

    Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn 🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa

  • @mesichala5012
    @mesichala501210 жыл бұрын

    Eebbifami.

  • @jiraiyesusb9923
    @jiraiyesusb99236 жыл бұрын

    uuuuuuu akkamin wal ganna abbaa

  • @abdetadula9102
    @abdetadula91024 жыл бұрын

    Ameen Ameen ebiifamaa

  • @tadumuluneh6756
    @tadumuluneh67569 жыл бұрын

    YESUS SI HAA EBISUUUUUUUUUUUUUUUUUUUUUUUUUUU

  • @dnmmdvmdnf5092
    @dnmmdvmdnf50925 жыл бұрын

    961

  • @martaaref136
    @martaaref1366 жыл бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂ameeeen ameeeeen uuuuuuuuuufffffff

  • @algusimesa4503
    @algusimesa45032 жыл бұрын

    Ameen waqayyoo barafii jirenyaa kee haa ebbisu ebbifamii

  • @aklilumoges576
    @aklilumoges5769 жыл бұрын

    wooow befikee god bless u i remembered the time u were with us at harar fellow ship

  • @lidiyaaasaffaa103
    @lidiyaaasaffaa1037 жыл бұрын

    AMEEN EBIFAMII QANCEE YESUUS

  • @jiraiyesusb9923
    @jiraiyesusb99236 жыл бұрын

    abeet dhugaadha akkamin wal ganna

  • @milkessanegeriofficial
    @milkessanegeriofficial4 жыл бұрын

    Amen amen amen

  • @fanose2541
    @fanose254110 ай бұрын

    Ameen ameen ameen😢😢😢😢😢

  • @Fant-lr5zi
    @Fant-lr5zi6 жыл бұрын

    ebiffaammii

  • @sisayfeysa7367
    @sisayfeysa73672 жыл бұрын

    Amen amen ebbifami waqqayyoo siyaebbisu 🙏🤲🤲🤲🎺🎺🎸🥇🥇🙇🙇🙇🙇😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲

  • @sweetoromiyaa6105
    @sweetoromiyaa61056 жыл бұрын

    Ameeen ebifaamaa

  • @gediyonamanuel7571
    @gediyonamanuel75718 жыл бұрын

    Ebifami befikadu waaqayoo sia'ebisu gaalaatomi

  • @hawifekadu7043
    @hawifekadu704310 жыл бұрын

    amen

  • @abrahamjano1978
    @abrahamjano19782 жыл бұрын

    hedduu galatoomi god blesse you abbendentily

  • @fufabhordofa
    @fufabhordofa10 жыл бұрын

    eebbifami ilma leenca yihuudaa

  • @oromiyaharmeekoojittu2041

    @oromiyaharmeekoojittu2041

    10 жыл бұрын

    Waaqayyo gooftaan sii haa eebisu dabale

  • @firaolufga8517
    @firaolufga851711 жыл бұрын

    super work, keep it up!

  • @hiwottadesse4942
    @hiwottadesse49422 ай бұрын

    Elelelelelelele Elelelelelelele elelelelelelele Elelelelelelele Elelelelelelele Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 😢😢😢😢😢😢

  • @deradera3009
    @deradera30095 ай бұрын

    bayee natii tolee farsaan ebifamii

  • @tsegayegirma7659
    @tsegayegirma76593 жыл бұрын

    Ebbifamii

  • @hiwottadesse4942
    @hiwottadesse49422 ай бұрын

    Elelelelelelele Elelelelelelele elelelelelelele Elelelelelelele Elelelelelelele Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤😢😢😢😢😢

  • @hawwiiambooromiyaa3423
    @hawwiiambooromiyaa34235 ай бұрын

    Ameen ameen 😭😭😭😭

  • @kitessagutu3603
    @kitessagutu36035 жыл бұрын

    may lord bless you FIKE!!!! we love you!!!!! never give up...gun holly sprit to shoot devil. and please lord in advance!!!

  • @shalomshalomallmydearthank2156
    @shalomshalomallmydearthank21567 жыл бұрын

    Haleluyaaaaaaaaaaa Ameeeeeeeeeeeeeeeennn

  • @jijijiji2385
    @jijijiji2385 Жыл бұрын

    ⛪⛪⛪🙏🙏🙏

  • @Kookeet9984
    @Kookeet9984 Жыл бұрын

    Ebifami bro🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @jiraiyesusb9923
    @jiraiyesusb99236 жыл бұрын

    ebifami b

  • @kakuunqabaaolii2173
    @kakuunqabaaolii21738 жыл бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ameen amen uuuuuuuffeeeeeeeeee

  • @abayabayana4079
    @abayabayana407910 жыл бұрын

    hedduu namatti tole!! GBU∆∆∆

  • @aboonturaggaasa676
    @aboonturaggaasa6768 жыл бұрын

    waaqni waaqarraa saa Eebbisu

  • @yadesatayeejerso169
    @yadesatayeejerso1698 жыл бұрын

    GOD blessyou!

  • @user-xo7qo3pq4t
    @user-xo7qo3pq4t8 ай бұрын

    my God bless you ❤❤

  • @besatadesse886
    @besatadesse8865 жыл бұрын

    God bless you

  • @motumashifera4177
    @motumashifera41779 жыл бұрын

    be blessed man of GOD!

  • @kulanimagarsa2785
    @kulanimagarsa27855 жыл бұрын

    ameeeeen

  • @tayetafa4758
    @tayetafa47582 жыл бұрын

    Halelujah

  • @abenezerabdissa4214
    @abenezerabdissa421422 күн бұрын

  • @hiwottadesse4942
    @hiwottadesse4942Ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @bontubontu4749
    @bontubontu4749 Жыл бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @AmanuelFile
    @AmanuelFile3 ай бұрын

    Where is elohi elohi part

  • @SaraSara-kd8ht
    @SaraSara-kd8ht2 жыл бұрын

    Ammane ammane

  • @kassutadesse5615
    @kassutadesse561511 ай бұрын

    Pgff😢

  • @jimmaworkurgessa8247
    @jimmaworkurgessa82475 жыл бұрын

    👏👏👏👏👏👏🎸🎸🎸🥁🥁🎻🎻🎷🎺🎤🎤🎤🎤

  • @uaeuae457
    @uaeuae4573 жыл бұрын

    Ameeeeeneeeen🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋

  • @woriqneshmulatu7234
    @woriqneshmulatu723410 жыл бұрын

    Waqayyo barra jirenya ke ha ebisu

  • @lamesatuo170
    @lamesatuo1709 жыл бұрын

    amen

Келесі