DINQEE ADDISUU: YAA GUYYAA DHUMAA

Ойын-сауық

ONLY ON EGEREE MEDIA
YAA GUYYAA DHUMAA: Faarfatttuu Dinqee Addisuu jedhamti. Waldaa Makaana Yesuus Bosoqqee kan jedhamu waldaa baadiyaa tokko keessaa kan isheen tajaajiltu. Kennaa faarfannaa yoo qabaatte iyyuu abbaan ishee ijoollummaan waan irraa boqotaniif(du'aniif) gara tajaajilaatti guddachuuf namni ishee tumsu hinjiru. Haa ta'u iyyuu malee, kennaa Waaqayyo keessa kaa'ee fi jechootni afaan ishee keessaa ba'an eessaa akka dhufan tilmaamuun nama hin dhibu. Bara itti waa'ee bara dhumaa dubbachuunii fi faarfachuun faarfattoota keenya biraa gadi bu'aa dhufetti, Waaqayyo warra iji namaa hin argine akkas akkasii nuuf kaasaa jira. Faarfannaan kun haaluma achii keessa jiraniin Audionis ta'e videon waan hojjetameef, ergaan faarfannichaa garuu waan hundumaan oli. Waaqayyo inni namoota akka obboleettii keenyaa kana GOLA keessaa qaba. Yeroo isaattis kunoo achii asi nuuf baasaa jira. Faarfannaa kanaan akka dhugaamatti waldaatti nu deebisee, lubbuu nutti hora. Kanaaf hiriyyoota keessan biraan ga'aa. Hojii kana keessatti kan itti dadhaban kan obboloota koo WAAQJIRAA LAMMEESSAA(Video and Editing) fi FIRAA'OL DASSAALEE(Music) galateeffachuun barbaada. Haala daangeffamaa kana keessatti namoota akkasii bira dhaabbachuu keessaniif eebbifamaa!
All videos uploaded on this channel are entirely belongs to Egeree Media. The main purpose of our channel is to promote Oromo Young Gospel Singers, Musicians and Comedians. Copying any content of this channel is strictly prohibited.

Пікірлер: 416

  • @KingdomLifeGospelKLG_34BCMs
    @KingdomLifeGospelKLG_34BCMs3 жыл бұрын

    ..waanuma facaafne haammana, dacheenis sanyii nuf hin jijjiruu.....

  • @user-qh5yk8md8j
    @user-qh5yk8md8j3 ай бұрын

    Dhugaa dhaa farfaanaa addaa dhaa Kun baruma kenyaa kanna ufffff ebbifama

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha29273 жыл бұрын

    Utuu guyyaa qabnuu nuha deebisu waaqayyo baayye faarffannaa laphee namaa xuqudha waaqayyo isin ha Eebbisu waaqayyo dhumakeenya n balleessin🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @mohamedalsha3er133

    @mohamedalsha3er133

    3 жыл бұрын

    Ameen ameen ibbifama dacha

  • @waqayyootikseekotianihomah3827
    @waqayyootikseekotianihomah38273 жыл бұрын

    Goofttan baraf jirenyakeesaan haa eebbisuuu

  • @IddoosheeKumarra
    @IddoosheeKumarra6 ай бұрын

    Ameeen malo waqayyoo nuuf ararami addara nun dhisiin

  • @elcstore5812
    @elcstore58123 жыл бұрын

    Uuufffeeee ebifam maqa yesusin mati waqayoo goftan nu yaa gargaru akka isafi jiarane dabaru uuuffee abba koo nu gargari 🙏🙏🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙏🙏🤲🤲

  • @obseentube3821

    @obseentube3821

    3 жыл бұрын

    Mati nafi ta.i

  • @firaolteklu
    @firaolteklu2 жыл бұрын

    Waaqayyo ammayyuu Ayyaanicha itti siif haa dabalu Eebbifami dacha dachaa!!!

  • @ppp7076
    @ppp70763 жыл бұрын

    Ammmeeni ammneeen ammmeeeen ebifamiii jiradhuu muca waqayyo

  • @goodkuwait3656
    @goodkuwait36563 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamii mucaa kakuu waqqayyo guddina adda siha guddisuu

  • @dinkineshkajela6728
    @dinkineshkajela67283 жыл бұрын

    Ebbifamii Ebbifamii si haa ebbisuu gooftan

  • @cololkololee462
    @cololkololee4623 жыл бұрын

    Uuuuuuffffff 😭 Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen waqayyoo dachaa dachaa issiinnaa ebbiissuu ebbiiffaammaa mattii goftaa

  • @ifeeamboo927
    @ifeeamboo9273 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 uuuuuuuuuffffffff nutti araaramii waaqayyoo maloo🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 wanumaa facafnee hamannaa dhugaa waaqayyoo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 ebbifamiii dachaa dachaan barii kee ogumman ha guutuu gooftaan❤❤❤❤❤❤❤❤❤💕💕💕💞💞💞❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣

  • @obseentube3821

    @obseentube3821

    3 жыл бұрын

    Onnee mati nafi ta.i

  • @faaruustudio7829
    @faaruustudio78293 жыл бұрын

    Ebbifamii jajjabee koo mucaa iyesus wanumaa facafnee hamanaa dacheenis sanyii nun jijiruu 😥😥uffeeee darbii demii #DINQEE KOO

  • @bezamagasabeza8893
    @bezamagasabeza88933 жыл бұрын

    Uuuuuuuffffeeerr amen amen ebifama sabba kaku kana chala hayani waaqaayyooisinorati ha robuu saba kaku

  • @moonetgutuu1878
    @moonetgutuu1878 Жыл бұрын

    Ameeeen ijjii hojii fon keenya ha maasanu ijjii hojii haafuraa qulqulluu ha daraaru eebbifami dinqee

  • @dinkaderaro7571
    @dinkaderaro75712 ай бұрын

    ilma du'a nuuf hin da'in 🤩🤩🤩🤩 eebbifami farfattu waaqayyoo barakee hundumaa haa eebbisu

  • @kabuwayesa7458
    @kabuwayesa74583 жыл бұрын

    Maalooo yesuus koo nuu miiladhuu kaa

  • @sabotuumucaaoromookwt336
    @sabotuumucaaoromookwt3363 жыл бұрын

    Ebbiffamaa Ebbiffama dachaa dachaa waqayoo siin haa ebisuu

  • @user-ck6qd8dv5l
    @user-ck6qd8dv5l4 ай бұрын

    Yaa guyyaa dhumaaa ya guyyaa dhumaa nun hoosisinkaa harma gu'aaa ......Gooftaan barake haa Eebbisu obboleettikoo

  • @FasikaKaba
    @FasikaKaba4 ай бұрын

    Gooftaan nu haa gargaruu akka qalbii jijjiranu Goofta Koo si yaa ebbisuu.

  • @dammejifaraa2225
    @dammejifaraa22253 жыл бұрын

    Ebifami amale waqayo dabale dabale humnasa sif ha bayisu ebifama ameeeeem ameeen ulfadhu yesus koo

  • @taareetake929
    @taareetake9292 жыл бұрын

    Muka guddifanneetti baqannaa guyyaa dhumaa gaaddisni hin jiru.waaqayyoo dachaa isin haa eebbisu, eebbifamaa.

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa20942 жыл бұрын

    Jaalladheera dhugaa. Keessa namaa seena Ayyaanni siif haa baay'atu

  • @asadxxassess721
    @asadxxassess7213 жыл бұрын

    Ebbifama Waaqayyoo Nu Haa Gargaaru

  • @nemomsadefaru7610
    @nemomsadefaru76102 жыл бұрын

    Waaw Ergaa dhugaa Kanaaf Waaqayyoo Ulfina haa Argatu .Waqayyoo Issin Haa Eebisuu

  • @Werke-cw2ov
    @Werke-cw2ov2 ай бұрын

    Waayyoo baraf jireenyaa kee ha Ebbisu Eebbifamii maaqa iyesusin😢😢😢😢😢

  • @daro4b3r0y9
    @daro4b3r0y93 жыл бұрын

    waaqayyo ayyaana isaa dabalee sif haa baay'isuu

  • @amelujalatayawagnutiaraara5296
    @amelujalatayawagnutiaraara52962 жыл бұрын

    Ameeeeen ameeeeeeeeeen goftan barake habisuuu eebbifamiii kana caaala dhalotaf qoricha satasisuu ebifamtukoo

  • @waterbreadtube8306
    @waterbreadtube83063 жыл бұрын

    Dandeettiin ani qabu Farsaa kana Ibsuuf dadhabaa ta'uus callisee darbuu hin danda'uu... Hunda dura isa Ayyaana kana sirra kaa'ef Galanni haa ta'u... Farsaa keessa nama seenu, farsaa hojii hojjetuu, farsaa mana keenya galgalaa nu yaadachiisu.... Jabaadhu obboleetti koo ammayyuu Jilbi kee fuula Abba kee isaa Waaqarraa duratti haa jabaatu ammas ammas daddebi'ii fuulasaatti dhiyaadhu innimmoo Abbaa kee ammayyuu ergaa dhalootaaf ta'uu siif kennaati... EEBBIFAMIIIIIII

  • @wakjiratemesgen858
    @wakjiratemesgen8583 жыл бұрын

    waaqayyo si haa eebbisu jabaadhu gooftaan ayyaana isaa siif haa baay'isu warri riitimii biyya lafaa hordofan irraa haa baratani faarfannichi yeroo isaati

  • @ayantuwaqayotube7178
    @ayantuwaqayotube71783 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ayyanii dachaa ishefi haa bayyatuu ebbifamaa

  • @ayantuwaqayotube7178

    @ayantuwaqayotube7178

    3 жыл бұрын

    @faarfanaa yuo tube atisii kaa garaa koo sifi godheraa❤️

  • @user-gl5hx7du9h
    @user-gl5hx7du9h8 ай бұрын

    Guddadhu!! Ayyaanni Waaqayyo Dachaa Sifaa Dabalamu

  • @user-wn3iw5io7h
    @user-wn3iw5io7h8 ай бұрын

    ayyaanni kun dachaa siif haa baayyatu!!!!!

  • @workugaromsa9
    @workugaromsa92 жыл бұрын

    Faarfannaa humna jabaa qabuu fi qalbii nama jijjiirachiisu akkasii baga gooftaan si gargaaree nuuf faarfatte. Obboleettii akkas mashaq gootee bilcheestee waa'ee Gooftaa ishee faarfattu Waaqayyo keenya nuuf kennusaatiif guddaan galateefadha. Barakee guutuu osoo Gooftaa kee faarfattuu dhufaatii Gooftaa akka siif ta'u hawwi kooti. Dinqee Abbaa namarraa hin duunee fi duulle waan qabduuf Gooftaa keetti yeroo hundaa gammadi!! Bara baraan Kirsitoos wajjin nama jiraatee faarfatu ta'i.

  • @kabuwayesa7458
    @kabuwayesa74583 жыл бұрын

    Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen ebbiifaamaa

  • @thomydebela
    @thomydebela2 жыл бұрын

    Baayyee namatti Tola( waaqayyoo dacha dachaan ishee ha eebbisuu)

  • @Siifjira1000
    @Siifjira10003 жыл бұрын

    Ameeeeeen eebbifami tiruu koo 🤲

  • @Siifjira1000

    @Siifjira1000

    3 жыл бұрын

    Tole atis kootuu

  • @monitube4410
    @monitube44103 жыл бұрын

    Waaqayyoo Guddaa si haa eebbisu cimiidhaabadhu garuu jalqabaan hammana sirraadhageenye boruu ergaa dhaloota cimsee dhaabu sirraa eegna

  • @chaltumalimo4455
    @chaltumalimo44552 жыл бұрын

    Faarfannaa barbaachisaa.waaqayyo si ha eebbisu obboleettii

  • @markjoe3773
    @markjoe37733 жыл бұрын

    farfannachi bay'e namatti tolaam Ebbifami sistuu koon jedhan

  • @MesfinLencha-qw8ul
    @MesfinLencha-qw8ul Жыл бұрын

    Guyyaa dhummatii ayyaana Waaqayyo keessati haffi jiraadhu❤

  • @simaleemucaagoofttaasaeed7351
    @simaleemucaagoofttaasaeed73513 жыл бұрын

    Amenee amenee amenee yesusu koo nuu debbisii ebifamaa maqaa yesususin 💒❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️

  • @yesusnaafwaaya3138
    @yesusnaafwaaya31383 жыл бұрын

    Uuuuufffeee waaqayyo nu gargaru eebbbifaama

  • @hawiadugna2992
    @hawiadugna29922 жыл бұрын

    Maaloo abbaa garaa keyyaa akka arguu dandenyuu ati nuuti mul,sii rawwaatee nuun dhifamaa

  • @fentahunboja3970
    @fentahunboja39702 жыл бұрын

    Waaqayyo dabalee si haa eebbisuu. Barri tajaajilaa kee haa eebbifamuu.

  • @estefania8810
    @estefania88102 жыл бұрын

    Waaqayyoo inni jiraataan ammayyuu hafuuraaf fooniit SI haa eebbisu Gargaarsi isaa hunda keenyaaf nuuf haa baayyatu

  • @robalefekadu2961
    @robalefekadu29613 жыл бұрын

    Dinqee shooraakeef ebbifami farfannaa dhaloota bara kana barbaachisudha.

  • @sobhikhashab7334
    @sobhikhashab73343 жыл бұрын

    የልባችን ደግነት አይቶ አላህ ይታደገን እወዳችኋለሁ

  • @lammiinegasa5756
    @lammiinegasa57563 жыл бұрын

    Waaqayyo guyyaa dhumaa sanatti qooda kee kan tolootaa wajjin sif haa taasisu!

  • @lammiinegasa5756

    @lammiinegasa5756

    3 жыл бұрын

    @faarfanaa yuo tube Tole rakkoo hin qabu.

  • @aliwali3279
    @aliwali32793 жыл бұрын

    Waqqaayyoo si haa ebbissuu mucaa kakkuu 🎧🎤🎷🎺

  • @bokasanegeri3057
    @bokasanegeri30573 жыл бұрын

    eebbifamii...dubbin kun bara baran afaan keessa hin dhabamini.

  • @hawwiimolee7887
    @hawwiimolee78873 жыл бұрын

    WOWOW Waaqayyo gooftaan bara kee haa ebbisuu ebbifaami 💟❤️♥️💟

  • @sabboontuwallagaa1567
    @sabboontuwallagaa15673 жыл бұрын

    keessa banee iyyuu si komnee yaa umma koo 😭😭😭😭😭

  • @SaraSara-mv7rt
    @SaraSara-mv7rt2 жыл бұрын

    Uuuuffffeee Abban Dhugaan iyesus Bagaa Ofitti qabee Guddifaate Hangaa dhumaatti Goftaa farfaadhuu 🎹🎤🎧🎻🌁🎷🎺🪕🎸🥁🎼

  • @hawwiimucaakakuu9818
    @hawwiimucaakakuu98183 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuuuuufffee Ameen Ameen Ameen Ebbifamii Ebbifamii Dachaa Ayyaannii waaqayyoo dachaa sirratti haa dabaalamu 🙏🙏🙏🙏🙇🙇🙇🙇😭😭😭

  • @sifanjesus6029
    @sifanjesus60293 жыл бұрын

    *uuuuuufffffeeee ameeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeen eebbifamii😭😭😭*

  • @obseentube3821

    @obseentube3821

    3 жыл бұрын

    Lubbuu mati nafi ta.i

  • @FasikaKaba
    @FasikaKaba4 ай бұрын

    Waaqayyoo si ebbisuu jireenya keep.

  • @gallanigallani6065
    @gallanigallani6065 Жыл бұрын

    Amee ebifamaai mucaa dibataa waqaayyoo sihaebisuu jabadhuu qaxaleekoo

  • @noor3537
    @noor35372 жыл бұрын

    Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Eebbifamii dachaa 👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @jenekamentesfa7220
    @jenekamentesfa72203 жыл бұрын

    eebbifami ayyaanni siif haa dabalamu

  • @sarahambisa270
    @sarahambisa2703 жыл бұрын

    uuuuuuuuuffff ameeeeen ameeeeeeen💓💓💓💓💓💓

  • @ulfaataalammeesssaa1454
    @ulfaataalammeesssaa14543 жыл бұрын

    Ergaa bara kana irraanfatame kan biraan sirraa eega ammas

  • @meseretadougna7286
    @meseretadougna72863 жыл бұрын

    Ebbifamii nama dhugaaf jiraatuu dhibee yoom laata birmaadumaa yaa abbaa😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @tafariitulluu6424
    @tafariitulluu64243 жыл бұрын

    waaaqumti waaqarraa sihaa eebbisu sanyii waaaqayyoo eebbiiiifamiiii dhugaaa waaaqayyoo waaqumti sihaa eebbisu

  • @abarashtasfayee367
    @abarashtasfayee3673 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 😢😢😢😢🙏🙏🙏🙏🙏goftaan baraf jirenyaa kee haa ebisuu

  • @misirachomedia791
    @misirachomedia7913 жыл бұрын

    Dhugaa dubbachuuf gaafan kiliippii kana waraabee mar'immaantu nagubate seenaawwaan hindubbatamne kan garaa nama booressu baayyeetus jira.Namni Kennaa sirrii dibata dhugaa baatu baayyeen ammas suuqa akka jiru agarsiistuudha. waldaa baayyeenis namoota akkasii as baasuurra warra......qabatanii fiigu.kanas ta'u sana haala hundumaa keessatti waaqayyo gaariidha.Namoota akkasii karaa dandeenye haatumsinuun dhaamsakooti.Jajjabina Obboleettiikoof kennitaniif ulfaadhaa eebbifamaa.

  • @gadiseagaofficial3923
    @gadiseagaofficial39233 жыл бұрын

    Yaa guyyaa dhuma 😢😢 Farsaan yeroo baay'ee ege dhabee waqaayyoo kara mucaa kana nuf gumachee😢😢😢😢

  • @obseentube3821

    @obseentube3821

    3 жыл бұрын

    Onnee mati nafi ta.u

  • @mergitudereje6500
    @mergitudereje65002 жыл бұрын

    Uuuuf eebbifami Guyyaa dhufakeeti nun gatin ati waaqayyoo................

  • @bedasatube1910
    @bedasatube19102 жыл бұрын

    waaqayyo si haa eebbisu nu guddadhu

  • @goodnews8612
    @goodnews86123 жыл бұрын

    Nuu gargarii yaa waaqayyoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @gadisamangistu8466
    @gadisamangistu8466 Жыл бұрын

    Waqqaayyoo siifanaa yaa taa'uu farfanaa namaa dhubaatuuf luubbu heedduu faayisaa

  • @yesusgaridhaa7932
    @yesusgaridhaa79323 жыл бұрын

    Ameeen Ameeen Ameeen ebbifama Ameeen ebbifama

  • @user-cb2mg4eb3j
    @user-cb2mg4eb3j4 ай бұрын

    Yesuskoo isin a'eebbisu jabadha sobdonniif atoonni isakana in jallatanii

  • @jituayalew5649
    @jituayalew56492 жыл бұрын

    eebbifami obboleettiikoo kana caala sirratti haa dabalu

  • @lemigemechu1196
    @lemigemechu11963 жыл бұрын

    Waaqayyo Abbaan Ayyaana isaa dachaa si haa eebbisu Haadhooko eebbaf ta'ika

  • @obseentube3821

    @obseentube3821

    3 жыл бұрын

    Lubbuu mati nafi ta.i

  • @isaolinaaftashome304
    @isaolinaaftashome3043 жыл бұрын

    annaan dhugee dheebuu ba'uun dadhabe.maloo barakee haalli kam hin danda'iiin.dachaa eeeeeeeebbiiifamiii

  • @abebayehunde9297
    @abebayehunde92973 жыл бұрын

    waqayoo sia ebbisu gudadhu dhoksaan yercha siif galera jabadhu

  • @hasnaa9786
    @hasnaa97863 жыл бұрын

    Ameeeeen. Ebbifami obbolettiko baga waaqayyo si gargaare.

  • @kefaleabebe1458
    @kefaleabebe14583 жыл бұрын

    waaqayyo akka faarsite kannatti ubannaa kanaan si haa jiraachisu kaan waamaa jechuu hin danda'u

  • @waanofiimetaa1331
    @waanofiimetaa13313 жыл бұрын

    Ameeen Ameeèen Ameeen Eebbifamtuukoo darbii demii ayyanii gooftaa koo siif haa dabalamuu❤

  • @sinbofikadu737
    @sinbofikadu7373 жыл бұрын

    Uuuuuufff waqaayyoo baraa kee haa ebbisuu

  • @obsegudar3237
    @obsegudar3237 Жыл бұрын

    Waqqayyo waaqqarra siin haa ebbisuu

  • @comnaafjiradhuu2728
    @comnaafjiradhuu27283 жыл бұрын

    Amen eebbifamaa Dhugaa ❤😭🙏

  • @user-vc9tj1ov2i
    @user-vc9tj1ov2i3 ай бұрын

    Masii waqayyoo ta'i holloni gofta sitahaa boba'ani

  • @coachsabombikilamarsha9225
    @coachsabombikilamarsha9225 Жыл бұрын

    waqayyo dabalee daddabalee siin haa eebbisu.......

  • @hannakabbadaa6380
    @hannakabbadaa63803 жыл бұрын

    Uuuuuffee ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen 😭😭😭 Gooftaan ayyannaa isaa sif haa baay'isuu ebbiifaamii 🙏🙏🙏🙏

  • @seenaaduulaa692
    @seenaaduulaa6923 жыл бұрын

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen waqaayyoo bara kee haa ebbisuu lubbeyyee koo ayyaani waqaayyoo dachaa siif haa baa'yaatu.... Yaa guyyaa dhumaa × 3

  • @adugnatolasa4470
    @adugnatolasa44703 жыл бұрын

    Dhageefadheen quufuu dadhabe, waaqayyo inni si gargaare guddaa guddaa haa eebbifam.

  • @debeladiro893
    @debeladiro8933 жыл бұрын

    Waaqayyo si haa eebbisu! dhuma kee haa bareessu! dhugaa dubbachhuf baayyeen itti eebbifame;ammallee dachaa dachaa eebbifami!

  • @takaluualamayo9122
    @takaluualamayo91222 жыл бұрын

    Yaa yesus nuu gargarii sitti qabamne jiranna😭😭😭💔💔💔💘

  • @isaolinaaftashome304
    @isaolinaaftashome3043 жыл бұрын

    Tajaajiltoota kumaatama qabna rajotas ta'ee faarfattoota.garuu.waa'e bara dhuma kan dubbatu dhabne.ta'ee dhalootatu qajeelaadha ta'een wallaaleem obbolaako.kan lallabamus kan raajamus qajeelummadhaam.mee ammalle ijajabina amantiiiii olii siif haa dhangala'u! ufee ittan fayye.

  • @astiyeemucaakakuu1251
    @astiyeemucaakakuu12513 жыл бұрын

    Uuuffffff😭😭Ameen Ameeen Ameeen Ebifamii Mucaa kakuu😭😭😭😭🙏💔

  • @chaltudegefa8239
    @chaltudegefa82393 жыл бұрын

    Ebbifamii baay'ee!!!!

  • @lamesafufa7398
    @lamesafufa73983 жыл бұрын

    waaqayyo isin haa eebbisu

  • @iftuumasiihiijirataatube7172
    @iftuumasiihiijirataatube71722 жыл бұрын

    Amen Amen Amen ebifamaa ABBAAN FIRDDI WAQAYYODHAA walitti hin farannu Koontz's😭😭😭😭📖📖📖📖📖👏👏👏👏👏

  • @tigeearebu6103
    @tigeearebu61033 жыл бұрын

    Ufeyiiii amen amen ebifamii garbitii waqaayyoo sif haa dabalaamuu ayaaniii kanaraa caluu Ebifmaa obolotaa koo hundumtii kessaan

  • @hannasimesa9981
    @hannasimesa99813 жыл бұрын

    Wooowww kiristosii barafii jirenyaa kee haa ebbisu ebbifamii kiristosii karaa isaattii nuu haa deebisuu

  • @adugnamerga1789
    @adugnamerga17892 жыл бұрын

    Ergaa yeroo ammaatti dhaloota keessaa bade nuyaadachiifte dhugaadha! Guyyaan dhumaa akka dubartoota gowwaa sana akka nun goone adaraa obbolootakoo!(Mat25:1-13) Eebbifami obboleettiiiko!

  • @esholekorsa9465
    @esholekorsa94653 жыл бұрын

    Uuuuuufffffeeeee.amanneen.waaqayyoo.sa.ebbisuu.hadhoo.koo

  • @generationforgeneration9476
    @generationforgeneration94763 жыл бұрын

    Gooftaamti ammallee si haa eebbisu obboleettiikoo ammallee ittuma bilchaadhu malee biyya lafaan hin nyaatamiin

Келесі