YOOYYAA- "MANA HIDHAATTIN ARGADHE!"

Barreessaa Eebbisaa Baay'isaa keessummaa Dhangaa waliin turtii taasifame.

Пікірлер: 19

  • @kemernegesso2012
    @kemernegesso201211 күн бұрын

    Eebbisaa Baayyissaa Abeetuu, ati kitaaba barreessitee/hiiktee nama/dhaabbata si gargaaru dhabuu keetti heddu gadda. Hundaafuu jabaadhu, adeemsi ittuma haa fufu!

  • @habtemariamtadessa5823
    @habtemariamtadessa58233 күн бұрын

    Eebbisaa ammi inni hojjate hin himamneef.Kana malees bu'aa argu qabu nama hin arganneedha. Mootummaan,dhaabbileen dhuunfaa isa bira dhaabbachuu akka qaban dhaamsan qabaaf

  • @tesfayewaktola968
    @tesfayewaktola96810 күн бұрын

    Eebbisaa Eebbifamaa Yooyyaa!!

  • @mersanderesa
    @mersanderesa11 күн бұрын

    Wooow nama jabaadha! Jiraadhu❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @SamuelEtefa
    @SamuelEtefa10 күн бұрын

    Eebbisaa nama baayyee jaallatamaadha ati. Galatoomi

  • @bestwayfromdreamtoparadise6660
    @bestwayfromdreamtoparadise666010 күн бұрын

    Eebbisaa, jabaa namaa!

  • @latiteferigetahun72
    @latiteferigetahun7211 күн бұрын

    Eebbisaa Baayisaa Namaa jabaa!!

  • @MesfinAkenaw
    @MesfinAkenaw10 күн бұрын

    Ebbisa issa dhugaa ati nama addati ,dhalotafi bu'aa ajibaa fiddetaa

  • @johntalila9854
    @johntalila985410 күн бұрын

    Dhugadha ati nama addati sin qabachu keenyati boonu qabna umri dheera sif haa kennu waaqayyoo Ebboo koo sinan boona

  • @ChapeBaruk
    @ChapeBaruk11 күн бұрын

    Hayyee ebisa bayee natii tolta.

  • @DaniOricha
    @DaniOricha11 күн бұрын

    Eebbo nama gudddaaaa❤❤

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz11 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @user-yv8zv3yl3d
    @user-yv8zv3yl3d10 күн бұрын

    Eebboo keenyaa!!!!!

  • @megersagadisa2590
    @megersagadisa259011 күн бұрын

    Nama guddaadha ebban

  • @Tolef
    @Tolef9 күн бұрын

    In gabaabbate interview kun nama saatii 24 guutuu Teessee nuffii malee dhaggeeffattudha Eebbisaan

  • @tarikubekele637
    @tarikubekele63710 күн бұрын

    Eebbo waaqi sijabeessu

  • @TvarjummaaWaaqayyo-uu3fu
    @TvarjummaaWaaqayyo-uu3fu10 күн бұрын

    Eebbokoo ati anaf Nama addaatti nuf jiraadhu

  • @user-zebuloontolaa
    @user-zebuloontolaa11 күн бұрын

    kibaabota eebbisaa baayisaa soft copy argachu dandeenya. erga dhiimmaa kitaaba irraati wajjin hasooftanii maloo kana nuuf gaafadha.

  • @HachaluNuguse-nn4te
    @HachaluNuguse-nn4te11 күн бұрын

    Ani daandii siinan jalqabe galatoomi

Келесі