SIN YAADA | NEW GOSPEL MUSIC VIDEO | 2023/15| ABDII AMSALU

Музыка

#suscribe #like #share #comment

Пікірлер: 181

  • @oboromedia
    @oboromedia Жыл бұрын

    Bless you brother 🙌❤️❤️

  • @obsaadugna3364

    @obsaadugna3364

    Жыл бұрын

    Malo mati naf time hadhoko

  • @oletube1158

    @oletube1158

    Жыл бұрын

    Ayi kankoo subscribe naaf godhaa

  • @teagesttemesgen645
    @teagesttemesgen645 Жыл бұрын

    Uuuuuuuuufffffuuu ameeeee ameeeeee ameeeee ameeeeee ameeeee ameeeeee

  • @birtudiroohammasabdiijiraa8858
    @birtudiroohammasabdiijiraa8858 Жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen ebbifamaa

  • @agartuukoo
    @agartuukoo Жыл бұрын

    Waaqayyoo guddaa si haa eebbisuu

  • @karakenjiradhekarakenjirad1873
    @karakenjiradhekarakenjirad1873 Жыл бұрын

    Ammeeeen ammeeeen

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo908 Жыл бұрын

    Waaqayyo Isin Haa Eebbisu faarffannaan qalbiidhaan faarffatamu akkam nama fayyisaa🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️

  • @tesfaye51
    @tesfaye51 Жыл бұрын

    Eebbifami, Waaqayyo si haa eebbisu

  • @guddeeman220
    @guddeeman220 Жыл бұрын

    waaqayyoo guddaa isin haa ebbisu

  • @zenebamuluneh4679
    @zenebamuluneh4679 Жыл бұрын

    Eebbiffama Waaqayoo Isiin haa ebbisu

  • @user-hx5nr1fe6f
    @user-hx5nr1fe6f9 ай бұрын

    Wow dirroo bayy'ee namaa boqoochiisaa ebiffaamii

  • @latajira8111
    @latajira8111 Жыл бұрын

    Waaqayyo isin haa eebbisu ,bayyeen sijaalladha Ebba

  • @tigistgemmechu3705
    @tigistgemmechu370511 ай бұрын

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebifama dachaa ❤❤

  • @urgaamedia7246
    @urgaamedia7246 Жыл бұрын

    wow Ajaayiba dhugaa eebbifamaa

  • @deborajesus3593
    @deborajesus359311 ай бұрын

    Www uuffee ebbifammaa ayyaanni waqayyoo siif haa bayyaatuu 😢❤❤

  • @gsmdndkhdl2106
    @gsmdndkhdl2106 Жыл бұрын

    Waqaayyoo si yaa ebisuuu❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Bigone856
    @Bigone856 Жыл бұрын

    wooow baayyee gaaridha dhugaa eebbifamaa

  • @LATITUBE.
    @LATITUBE.2 ай бұрын

    Afuura qulqulluu Ati anaaf Kennaa kooti ameeeen

  • @shumatebiranutube8886
    @shumatebiranutube8886 Жыл бұрын

    Ammeen ammeen ammeen ammeen

  • @leenii694
    @leenii694 Жыл бұрын

    Ebbifami bro❤❤

  • @LATITUBE.
    @LATITUBE.2 ай бұрын

    Waawoo namatti tola

  • @iddosa_takele
    @iddosa_takele Жыл бұрын

    Ameen

  • @jarsobule1820
    @jarsobule1820 Жыл бұрын

    Wow Ayyaanni isiif haa baayyatuu

  • @Taaddee
    @Taaddee3 ай бұрын

    Faarsaa hin wuufamneedha dhugaa nuuf jiraadhaa❤️

  • @tgjesustg2611
    @tgjesustg2611 Жыл бұрын

    Eebbifamii ayyanni Gooftaa siif haa dabalamuu

  • @user-kw6fm8fs9i
    @user-kw6fm8fs9i9 ай бұрын

    Wow ❤❤❤❤❤

  • @telilawakgariwakwaya8153
    @telilawakgariwakwaya8153 Жыл бұрын

    Eebbifama dhugaa.

  • @feyisaange5247
    @feyisaange5247 Жыл бұрын

    Wowww abdii ebbifami dhugaa

  • @ayantumotiapp8606
    @ayantumotiapp8606 Жыл бұрын

    Àmeeeeeñ 🥰

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 Жыл бұрын

    Eebbifamaaaaaaaa

  • @user-xq3vp2ix8n
    @user-xq3vp2ix8n11 ай бұрын

    Ebbifami

  • @dammaaddouna802
    @dammaaddouna802 Жыл бұрын

    Ameeeen Ebbifama

  • @yesuusmaranatha309
    @yesuusmaranatha309 Жыл бұрын

    Waqaayo dachaa dachaa issin haaeebisu Eebifamaa

  • @SamuelGirmaOfficialyoutube
    @SamuelGirmaOfficialyoutube Жыл бұрын

    It is Amazing. May God Bless you guys!

  • @abdiolana630
    @abdiolana630 Жыл бұрын

    Eebbifamaa

  • @footballhighlights810
    @footballhighlights810 Жыл бұрын

    Dhugaa bareedaa dha jabbaadhu qashti koo

  • @adugnamelaku9280
    @adugnamelaku9280 Жыл бұрын

    ❤️❤️

  • @senadesalegn600
    @senadesalegn600 Жыл бұрын

    Ameeeeeen

  • @beshenenuabu
    @beshenenuabu Жыл бұрын

    wow farfana afaan oromoo kan akkati afura qulqulu wamu namati tola

  • @destagenalemedia8681
    @destagenalemedia8681 Жыл бұрын

    Eebbifami

  • @misgeefufaa
    @misgeefufaa3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @sanchomaaaaa393
    @sanchomaaaaa393 Жыл бұрын

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @biqilaa852
    @biqilaa852 Жыл бұрын

    Sirra adda baanaan mogolee hin qabu!

  • @bedanebulitube9665
    @bedanebulitube9665 Жыл бұрын

    Eebbifami dhugaa faaruu hin quufamnedha

  • @deborahgudeta2815
    @deborahgudeta2815 Жыл бұрын

    Eebbifamaa!!!

  • @amodegefa
    @amodegefa Жыл бұрын

    Eebbifami Abdii.

  • @naoltesfaye6023
    @naoltesfaye6023 Жыл бұрын

    Baay’ee namatti tola eebbifama !🥰🥰🥰🥰

  • @milkesatube4981
    @milkesatube4981 Жыл бұрын

    Eebbifama

  • @artos9576
    @artos9576 Жыл бұрын

    🙏🏾♥️

  • @Bonytube
    @Bonytube Жыл бұрын

    Wow❤❤

  • @baftuyonas4757
    @baftuyonas4757 Жыл бұрын

    Eebbifami Abdii koo

  • @ayantuogaroma
    @ayantuogaroma7 ай бұрын

    Ajayibaam abdii

  • @gbegeneral7550
    @gbegeneral7550 Жыл бұрын

    Amenamen

  • @ababaamakononl4401
    @ababaamakononl4401 Жыл бұрын

    Ebifama❤❤❤

  • @bonabijiga8603
    @bonabijiga8603 Жыл бұрын

    Eebbifami Abdiiko

  • @hawiiamboo7427
    @hawiiamboo7427 Жыл бұрын

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbifami ebbifami Dachaa Dachaa 🙏🙏🙏❤

  • @qoccootube4718
    @qoccootube4718 Жыл бұрын

    Eeebbifam Haadhooko!

  • @kalkidangetu9807
    @kalkidangetu9807 Жыл бұрын

    ❤❤❤😊

  • @Mtmidea
    @Mtmidea Жыл бұрын

    Eebbifami obboleesso!

  • @abenezerdagne2637
    @abenezerdagne2637 Жыл бұрын

    Amen haaleluyyaa👏👏

  • @mergaetefaofficial9943
    @mergaetefaofficial9943 Жыл бұрын

    woow

  • @girmabacha55
    @girmabacha5510 ай бұрын

    ♥️♥️♥️♥️♥️🌹

  • @Abdi-Amsalu
    @Abdi-Amsalu Жыл бұрын

    ............Lyrics in Afaan oromoo........ Yesuus sin waama sin waamaa sin waamaa sin waamaa Yesuus sin yaada sin yaadaa sin yaadaa an sin yaada Yeroo hundumaa Hawwiin garaa koo Argamuu kee keessa jiraachuudha Abbaa koo Yeroo hundumaa Hawwiin garaa koo argamuu kee keessa jiraachuudha Abbas koo Yeroo hundumaa dheebuun lubbuu koo Hafuura kee wajjin michoomudha Abbaa koo Hafuura qulqullu...Boqonnaa lubbuu kooti Hafuur qulqullu.......At anaaf kennaa kooti Hafuura qulqulluu .....Sin barbaada yoomillee Hafuura qulqulluu....Hin jiraadhu si malee 1.Hiriyee koo guyyaa hundumtuu natti bitaa'u Miiltoo Lafa onaa gaafa eenyu Hin jirre na faana haasa'u Miiraa koo beekee yemmuun dadhabu kan na jabeessu Ammas lubbuun koo kunuunsa harka kee obsuu hin dandeessu ... Sirraa addaa baanaan mogolee hin qabu Hafuuraa keeti yesuus anaan kan dhaabu Iddoo ol aanaa keessatti koo taa'i Guutuu mana koof hogganaa ta'i ..... Ammas Ammas deddebi'ee kanan si waamuu Narraa fagoo jirtaaf miti innan si yaadu Siin marfamee utuun jiruun akka halaalaa Of keessattan si dheeboodha danuu jaalalaa ............ Sirraa addaa baanaan mogolee hin qabu Hafuuraa keeti yesuus anaan kan dhaabu Iddoo ol aanaa keessatti koo taa'i Guutuu mana koof hogganaa ta'i

  • @bikilatesfaye2061
    @bikilatesfaye2061 Жыл бұрын

    Bless u❤️

  • @letibrhanu67
    @letibrhanu67 Жыл бұрын

    Nuu jiraadha Ayyaanni Kun sinirraa hin dhaamin !!!!!!

  • @amanuelfituma
    @amanuelfituma Жыл бұрын

    Stay blessed bro ❤️🙏

  • @bontubultum6893
    @bontubultum6893 Жыл бұрын

    Wou God bless you all.

  • @GammeAdisu
    @GammeAdisu Жыл бұрын

    Welcome abdiko eebbifamaa

  • @eliyaslamesa3745
    @eliyaslamesa3745 Жыл бұрын

    eeeebbifami Abdicho

  • @hawitarikuhawani2228
    @hawitarikuhawani2228 Жыл бұрын

    Eebifami faarsa ajaa'ibaati

  • @Biqilaa-Kabbadee
    @Biqilaa-Kabbadee Жыл бұрын

    Abdishoo ❤️❤️

  • @Yaroofikru
    @Yaroofikru7 ай бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰

  • @dirrootube8443
    @dirrootube8443 Жыл бұрын

    Wowow Amazing!

  • @mahitabe
    @mahitabe Жыл бұрын

    Quufuun dhadhabe.....!

  • @fedesayonas2175
    @fedesayonas2175 Жыл бұрын

    Jabaa

  • @useruseruser4931

    @useruseruser4931

    Жыл бұрын

    Ameeeen Ameeen Ameee Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa

  • @hancalegalati2163
    @hancalegalati2163 Жыл бұрын

    Ameeen ameeen Ameen ebifama dacha ebifama maqa yesusin 🙏🏽🙏🏽🙏🏽📖📖📖💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓

  • @gemenetezkera4661
    @gemenetezkera4661 Жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuffffffffff uuuuuuuuuuffffffffff ammen ammen ebbiffama ebbiffama mati waqayyoo hundumti kesani ebbiffama ❤❤❤❤❤❤

  • @waqayyoolchadhaan9209
    @waqayyoolchadhaan9209 Жыл бұрын

    Ameeen Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ebbifamaa

  • @user-ey7in2rc7v
    @user-ey7in2rc7v11 ай бұрын

    Special....part ...ati garu yeroo hunduma.........uuuuuu.......i have a testimony....dhuga farfana knarati......

  • @Abdi-Amsalu

    @Abdi-Amsalu

    6 ай бұрын

    Can u tell me ur testimony? For the glory of God.

  • @sabboontuwallagaa1567
    @sabboontuwallagaa1567 Жыл бұрын

    Afuuraa qulqulluu. ameeeeeen waaqayyoo isin haa Eebisuu.

  • @ararsagizaw4815
    @ararsagizaw4815 Жыл бұрын

    Thank you God!💖💖💖💖

  • @gutemadunfa1000
    @gutemadunfa1000 Жыл бұрын

    Faarsa Eebbifamaadha Eebbo

  • @diborayadesaa3976
    @diborayadesaa3976 Жыл бұрын

    Uuuuuuffeee faruu aja'ibattii ebbiifamii

  • @lencholata457
    @lencholata457 Жыл бұрын

    WOWoo hedduu namatti tola Eebbifamaa

  • @nahomfikaduofficial7911
    @nahomfikaduofficial7911 Жыл бұрын

    Abdiiko Eebbifami haadhoko

  • @kebiyabush1353
    @kebiyabush1353 Жыл бұрын

    ammeen ammeen ebbifamaa ebbifamaa

  • @sabaaf
    @sabaaf Жыл бұрын

    ❤️🙏

  • @lensabeyene419
    @lensabeyene419 Жыл бұрын

    Stay blessed 🙏🙏

  • @martadebelaa930
    @martadebelaa930 Жыл бұрын

    Maloo uttu akkasi dhabatan farfatani hunduti isani sirbaa Sana dhisanii

  • @caaleemucakaku7503
    @caaleemucakaku7503 Жыл бұрын

    Ameen Ameen ameen Ebifamaa obbolota koo 🤲🙏❤

  • @MekdesNegese
    @MekdesNegese Жыл бұрын

    አሜን አሜን አሜን 🙏🙏🙏

  • @buzee723
    @buzee723 Жыл бұрын

    Amen Amen

  • @MilkiyasTakilu
    @MilkiyasTakilu Жыл бұрын

    Abdish ! Ebbifami ! Dabalee Daddabalee siif haa baay'atu ayyaanichi!

  • @diribeeaababuu744
    @diribeeaababuu744 Жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen ebbifama ebbifama

  • @ddogger11
    @ddogger11 Жыл бұрын

    Although I'm not from India🇮🇳 I can't stop to listen this song its amazing.

  • @obsaadugna3364

    @obsaadugna3364

    Жыл бұрын

    Malo mati naf time hadhoko

  • @gutamagefel6548
    @gutamagefel6548 Жыл бұрын

    wow god bless u

  • @samualadane3558
    @samualadane3558 Жыл бұрын

    Wow 😲😲😲😳😲😳😳 ebbifami

  • @shewetesheti1506
    @shewetesheti1506 Жыл бұрын

    Ebbifama ijoolle waaqaayyoo 🥁🎹🎹🥁🎤🎤 🎙️🎧🎧🎙️🎙️🎹🎹🌲🌲🌲🌌🌌🙏🙏❤️🙏📖📖👏👏👏💗💗💝💝🥰🥰💞😍💙💙🤝❤️💖💓💔

  • @astertasfaye5273
    @astertasfaye5273 Жыл бұрын

    Ameeeeeeen🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻

  • @dinqituurafisaa2443
    @dinqituurafisaa2443 Жыл бұрын

    Ameeeeen Ameeeeen ebbifamaa namoota waaqayoo🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏🥰🥰🥰❣️❣️🎄🎄🎄🎄🎇🎇🎇⚘️⚘️⚘️

  • @obsaadugna3364

    @obsaadugna3364

    Жыл бұрын

    Malo mati naf time

  • @feeneetyoomiikoo4444
    @feeneetyoomiikoo4444 Жыл бұрын

    Hedduu namatti tola eebbifamaa! Faaruu akkasii kana!🥰🙏

Келесі