MAALIIN OBSU | EBA DIRIBA | NEW AFAN OROMO GOSPEL SONG 2021

Музыка

#LIKE #SHARE #SUBSCRIBE
Abdii qabdanitti gammadaa; rakkina obsaa; Waaqayyoon kadhachuutttis cimaa! ROM 12 : 12
Song By Eba Diriba
Feat
Yadasa shiri
Henok george
Yadeni merga
Amanuel Etana
DIRECTED BY GELETA EJARA
assistant directors Abdi amasalu
wako getachew
Music arrangement and mastering
Eba Diriba
Mixing
Moti Taresa
Live Bass Beka Bass
Live Guitar Abenezer
Live masenqo Degsew
Produced by #EbaDiribaOfficial
#ebadiriba #afanoromosong #oromomusic
#damefekadu #berekettesfaye #abrahamtarre #efadesisa #asegidabebe #yaadasaashirii #amanueletana #yadenimerga #faaruutube #newethiopianoromomusic #awtarukebede #shakaayinaa
‪@neworomomusic48‬ ‪@gelanagaromsa6119‬ ‪@WAKJIRATUBE‬ ‪@araratvworldwide‬ ‪@EBSKids‬ ‪@BereketTesfayeOffical‬ ‪@songsbyfenan3879‬ ‪@DeepBibleStories‬ ‪@visionentertainment4507‬ ‪@hopemusicethiopia‬ ‪@AkaluWeldehanaOfficial‬ ‪@EGEREEMEDIA‬
‪@asegidabebeofficial1244‬
‪@ethiomezmur8505‬ ‪@Oromp3‬‪@AwtaruKebede‬ ‪@awtarnetwork‬ @abiyahmed ‪@kellomedia‬ ‪@yadesashiriofficial1379‬

Пікірлер: 943

  • @DrNafyadGetuOfficial
    @DrNafyadGetuOfficial3 жыл бұрын

    Stay blessed

  • @ebadiriba

    @ebadiriba

    3 жыл бұрын

    thank you Dr

  • @ebadiriba
    @ebadiriba3 жыл бұрын

    Eebbifamaa yaada keessan hundaaf 🙏 Waaqayyo isin haa ebbisu... ammayu hiriyyota keessanif share gochudhan na tumsaa...

  • @wabikumaal2716

    @wabikumaal2716

    3 жыл бұрын

    Ebifaamaa dachaa

  • @hawioromtititube

    @hawioromtititube

    2 жыл бұрын

    Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏❤️❤️❤️

  • @abefayo41

    @abefayo41

    2 ай бұрын

    eebbifamaa

  • @obseegincii
    @obseegincii2 жыл бұрын

    Ebifami goftaan si ha ebisu ameen ameen ameen ameen ameen ameen 🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲😭

  • @sukaregetachew8310
    @sukaregetachew83103 жыл бұрын

    Hin quufamuum waaqumti sihaa eebbisu malee

  • @FAARELIYAASBANTIIFIFAARJAJNEET
    @FAARELIYAASBANTIIFIFAARJAJNEET3 жыл бұрын

    Eebbo, Inni Waaqaa fi Lafa Uume sihaa'eebbisu!!! Dhugaadha!!! Isa malee maalitti obsama haadhookoo! Jiraadhu jabaakoo!!!

  • @anane5764
    @anane57643 жыл бұрын

    Ani muslimadha garu bayyen jaaladha kana❤ galatomi

  • @seenaawogari3147
    @seenaawogari31473 жыл бұрын

    Uuuuuffffii lubbuu koo guddaa gammade farfannaa kanati

  • @tsigiagama3617
    @tsigiagama36172 жыл бұрын

    Ebifami bay'ee namati tolaa

  • @getuseyoum3705
    @getuseyoum37053 жыл бұрын

    Ani hordofaa amantaa prtestant miti garuummoo si'a baay'ee irra deddeebi'ee caqase...Oromummaatu fi cunqursaatu walitti nu fide. Faarfannaa👌👌👌 ... Waaqni ati amantu si wajjiin haata'u.

  • @booni7034

    @booni7034

    3 жыл бұрын

    Wow tokkofadha atti dhugaa jiradhuu ebbifamii getu 🥰👏

  • @efahundessa6600

    @efahundessa6600

    3 жыл бұрын

    Simboo qabeessako eebbifami

  • @getuseyoum3705

    @getuseyoum3705

    3 жыл бұрын

    @@booni7034 Wanta gargar nu baasu caalaa, wanta waliin qabnuutu caala sanyiikoo. Innis Oromummaaaaaaaaaaaaaaaaadha. Faarfannichi immoo ergaa kallattii ta'e qaba. Atillee waaqayyo inni ganamaa galagala waaqessitu dachaan si haa eebbisu.

  • @shumatetube9335

    @shumatetube9335

    3 жыл бұрын

    Waqayyoo sii haa ebisuu farfaana kunii quqamaa oromoo fanaa walii qabataa Uuuuuuufffe anilee irraa dedebiin dhageefadhee qufuun dadhabee waqayyoo ayyanaa kanaa caluu isaafii haa dabaluu waqayyoo guyya qabaa namaa hundaafuu

  • @gudeb8879

    @gudeb8879

    3 жыл бұрын

    Geetu ati nama ba'essa dhimma si ilaallatu keessati hirmacchuf haallike sin dangessu

  • @chaltutola2865
    @chaltutola28653 жыл бұрын

    Si'in malee sitti malee yesuus maalin obsu!! 😭😭😭😭😭

  • @seenaawogari3147
    @seenaawogari31473 жыл бұрын

    Eebbifamii dachaa ogeessa nama dhugaa

  • @awelbamud3085
    @awelbamud30853 жыл бұрын

    Ergaa baayyee qabaa....baayyeen jaaladhee....Amanta biras hordofu

  • @bontuumeta4391
    @bontuumeta43913 жыл бұрын

    Farffannaa ergaa guddaa qabuudha 💕💕💕✅✅✅

  • @ayantudjobir7541
    @ayantudjobir75413 жыл бұрын

    gaafa guyyaan gadda dheeratee nama boosisuuuuuuuuuuuuuu x2 situ jira jireenya hadha'e namaaf mi'eessuu si kan eebbisuuuuuuuuuuuuuu............ eebbifaamiiiiiiiii

  • @dawitdugasa7207
    @dawitdugasa72073 жыл бұрын

    Waaqayyoo si haa eebbisu.

  • @melkamuwaktola5472
    @melkamuwaktola54723 жыл бұрын

    Waaqayyo isin haa eebbisu! Faarfannaa kana dhaggeeffadhee quufuun dadhabe

  • @sharaftubesharaftube8797
    @sharaftubesharaftube87973 жыл бұрын

    amantallen gargar taanu oromumman tokko☝️jabaadhu

  • @ebadiriba

    @ebadiriba

    3 жыл бұрын

    Ulfaadhu lammiikoo

  • @sanyii8781

    @sanyii8781

    3 жыл бұрын

    Sharaf Orokoo 💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video jalatti comment naaf barreessi💕💖

  • @abonkeeti8861
    @abonkeeti88613 жыл бұрын

    faarfannaa kana baay,ee namati tola dhugaa jiradhu ilmaa dhugaa sii dhaltuu qomookoo Dhageefadhaa.

  • @salamawitbaradedi319
    @salamawitbaradedi3192 жыл бұрын

    Uuuffff abbaa koo siiti malee malitti obsu

  • @naolgurmesa387
    @naolgurmesa3872 жыл бұрын

    Baay'ee namatti tola!

  • @GammeAdisu
    @GammeAdisu3 жыл бұрын

    eebboo hiriyee durii eebbifami

  • @sanyii8781

    @sanyii8781

    3 жыл бұрын

    Gammee koo 💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video jalatti comment naaf barreessi💕💖

  • @wakodesuofficial2197
    @wakodesuofficial21973 жыл бұрын

    Ebuuluulee 😭😭😭 gara na nyaate malo ebbifaami amayyu farfaannaa ergaa qabudha

  • @asterdejene1685
    @asterdejene16853 жыл бұрын

    Eebbiifamaii dachaa eba

  • @seenaakeebekii8175
    @seenaakeebekii81753 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuufffffffffffffff si'ii malee yesus malitii obsuu

  • @Addu-show
    @Addu-show3 жыл бұрын

    Wowowowowowowowowoww amazing Ebbifam Ebboo

  • @seenaawogari3147
    @seenaawogari31473 жыл бұрын

    Dhugaatii farfannaa yeroo waalin deemudha eebbifamii mucaa kakuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @sarahambisa270
    @sarahambisa2702 жыл бұрын

    uuuuuuffffffffff goftaan si haa eebbisuu ebifami nuf jiraadhuu

  • @ayyuujesus6470
    @ayyuujesus64703 жыл бұрын

    Uuuuuufffff maaloo waaqayyoo isin haa ebbisuu

  • @AyyuuTube
    @AyyuuTube3 жыл бұрын

    Ati garuu yeroo hundumaa namaaf hoo'ita×2 humna laafee abdii qallateef dukkana ibsitaa×2 Gaafa Guyyaan Gaddaa Dheerate Nama Boosisu×2 Situ Jira Jireenya Hadhaa'ee Namaaf Mi'eessuu........!!! Eebboo Eebbifamaa waaqayyoo isin haa eebbisu!! Dhugaa waaqa dhaggeeffadhee Quufuu hin dandeenye!!

  • @booni7034
    @booni70343 жыл бұрын

    Uufff😥 bayyee namaa bosisaa dhugaa ebbiifamii eebboo koo dhugaadha ati garuu yeroo hunduma namaf hoyita..🙏🙏🙏

  • @almewako6613
    @almewako66133 жыл бұрын

    Waaqayyoo dachuma dachan ayyaana isaa siif yaa baayyisuu ulfinni isaa kan waaqayyoof yaa ta'uu

  • @dinaolmuleta9977
    @dinaolmuleta99773 жыл бұрын

    Faaruun kuni na boochise lammiikoo! Oromummaa keenyatu yakka tahe lammii koo.

  • @Sara-ge7qh
    @Sara-ge7qh3 жыл бұрын

    Anii ordoftuu amantaa mitii gaaruu faaruu kanaa ilaalee imimaan qaabachuun dhadhabee waqaa Eebifamii hadhoo koo

  • @booni7034

    @booni7034

    3 жыл бұрын

    Sii jaalana gifti koo😘🙏

  • @eyasu7797
    @eyasu77973 жыл бұрын

    Waaqayyo si haa eebbisu!!! 👍💚💚💚

  • @hawioromtititube

    @hawioromtititube

    2 жыл бұрын

    Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️❤️🙏❤️❤️❤️❤️

  • @hawioromtititube

    @hawioromtititube

    2 жыл бұрын

    Maatii naf taii sanyiikoo ❤️🙏❤️❤️❤️❤️

  • @taaddutube3200
    @taaddutube32002 жыл бұрын

    Uuuuuufee Uuuuuufee waaqayyoo baraa keesan haa ebisuu ebifama

  • @badasaemamu1924
    @badasaemamu19243 жыл бұрын

    waaqayyoo dacha sii ha ebbisuu

  • @yodahetesfaye6133
    @yodahetesfaye61333 жыл бұрын

    sii'in malee sitti malee yesus maalin obsu😭😭 uuuuuufffff eebbifami🙏

  • @sanyii8781

    @sanyii8781

    3 жыл бұрын

    Yodikoo💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video jalatti comment naaf barreessi💕💖

  • @koofiabdiijiraa6338
    @koofiabdiijiraa63383 жыл бұрын

    Ameen Ameen uuuuufffee ebbifamii bayyee ittii boqqonera

  • @biraaneesorsaa9802
    @biraaneesorsaa98023 жыл бұрын

    Dachaa dachaan eebbifami

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta69403 жыл бұрын

    Uuffeeee ebbifamaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
    @jofiiyeetaresaawaqayoabdii39533 жыл бұрын

    Dhugadhaa uuuuufeekaaaaaaa waqayotuu jiraa abdii dhalootaa Ameeeeeeéen Ameeeeeeen Ameeeeeen ebbifamii dachaaaaa dachaaaaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💪💪💪💪

  • @alicell3227
    @alicell32272 жыл бұрын

    Waaqayyoo barafi jireenya kee haa ebbisu ebbifami

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa2 жыл бұрын

    Uuuufffeee Ameen Ameen Ameen ebifaamii 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭🙌🙌🙌

  • @amirakass5850
    @amirakass58502 жыл бұрын

    ሰለም ለእነንቴ ይሁን ቅዱስን እህቶችነ ወንድሞች በጠም ነውምወዳችው ጌታይበራከችወ እኔ ኤሮሞ አይደለውም በመዚሙሩ በጠም ታበራኪለው ታፂነንቺለው ታበረኩ ዘመነችው ይለምልምልን እወደችወለው

  • @hawioromtititube

    @hawioromtititube

    2 жыл бұрын

    Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️🙏❤️❤️❤️❤️

  • @binimoss3424
    @binimoss34243 жыл бұрын

    Ati akuma maqaakee ebbifamadham ammayu ebbifami!!

  • @agaappeetube1117
    @agaappeetube11173 жыл бұрын

    uffeekaa eebbaakoo na boqochiiftem

  • @gemechistadese5880
    @gemechistadese58803 жыл бұрын

    osoon yeroo 1M lalee nattii tola eebbifamii haadholkoo

  • @shiferabuli3535
    @shiferabuli35353 жыл бұрын

    Si'iin malee,sitti malee Yesuus maaliin obsuu!laphee kootu Aannan dhuge! galatoomi!Abdii Citee Jabeesse dhaabu!

  • @baRiiganamaAn
    @baRiiganamaAn3 жыл бұрын

    Sitti malee.... #Yesuus🙏

  • @nansambastellah1351
    @nansambastellah13513 жыл бұрын

    Uuuuuuuuufee Waqayyo namaf hoo'a Qabeessa Maaqa Iyeesuusiin Eebbifama Eebbifama Obboleewaankoo.

  • @samueltemesgen215
    @samueltemesgen2153 жыл бұрын

    galatoomi, waaqayyo si haa eebbisuu

  • @obseraalemu2172
    @obseraalemu21723 жыл бұрын

    Ameen, waaqayyoo moofaa gadddaa dachee keenya haguugee ni tarsaasa, hin turuu....eebbifamaa

  • @hawii3847
    @hawii38473 жыл бұрын

    Uuuufffff😥 ebiifaamii muca kakuu❤🙏❤

  • @asteertasfuu3035
    @asteertasfuu30352 жыл бұрын

    Ameeen ameen ebbifamii ebbifami ebbifamii farsaa baay.ee ajaa.ibaati farsaa baay.ee nama enbisu dhageffatamee kan hin qufamnee ebbifamaa hundumti keessa

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p2 жыл бұрын

    Uuuuuufffff 😭 ameeeeeeeenn Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa

  • @hanamelkamu8443
    @hanamelkamu84433 жыл бұрын

    Si'iin malee ,sitti malee yesus maaliin obsuu 😭😭😭💔💔💔🙌🙌🙌 Ebba! barri kee ha eebbifamu🙏💕🙏

  • @lalisagetacho4095
    @lalisagetacho40953 жыл бұрын

    Eebbifami Eebbaa keenyaa! baay'ee namatti tola!

  • @gudinamerdasa201

    @gudinamerdasa201

    3 жыл бұрын

    Waaqayyoo aayyanaa isaa siif haa baay'isuu bro baay'een sin jaalladha jabaadhuu naafis naaf kadhadhuu kan kee garuu imimaan dhangalasaa dhageffacha ture ammaas dhageffacha jira eebbifamii bro koo

  • @lomimulugeta460
    @lomimulugeta4602 жыл бұрын

    Ani gaaruu Amantii koo kan biraadha. Hojjin keessaan baayee namaatii tolaa waaqayyoo isaan haa eeguu!

  • @gedefakebede
    @gedefakebede3 жыл бұрын

    woow eebbifamii dachaa, baay'ee itti eebbifameera

  • @dejenealamirew2056
    @dejenealamirew20563 жыл бұрын

    "Si'iin malee Sitti malee Yesuus maaliin obsuu?"dhugaadha ergaa yerooti. Eebbifami bro!, eebbifamaa hunduu!!

  • @abdidhugassa9038
    @abdidhugassa90383 жыл бұрын

    Waaqqayyo warra dhiphatani furuf jira! Ebbifama.

  • @diribashiriofficial2178
    @diribashiriofficial21782 жыл бұрын

    Dhugaa hojiima addaati nuuf jiraadhu ebuko

  • @nanovoice7794
    @nanovoice77943 жыл бұрын

    Eeebbifamaa hundi keessanuu. hojiin miidhagaan akkasii itti haa fufu

  • @laniefufa3481
    @laniefufa34813 жыл бұрын

    yeroo meeqaa irraa deebi"ee dhageffaadhe uuuuuuufffffeeee 🥰🥰😥

  • @kalaqan1
    @kalaqan13 жыл бұрын

    Maaliin obsu....faarfannaa nama keessaa hin baane. Hojii kana hojjachuu kootti baayyeen gammada!

  • @sanyii8781

    @sanyii8781

    3 жыл бұрын

    Galookoo💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video jalatti comment naaf barreessi💕💖

  • @asterdejene1685
    @asterdejene16853 жыл бұрын

    Farafannaa garaa nyaatuu bayy, ee namatii tooluu eebbiifamii eba

  • @masaretcity5093
    @masaretcity50932 жыл бұрын

    Baayee laphee nama kan seenuudhaa dacha ebbiiiffamii🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @sultanadel8435
    @sultanadel84353 жыл бұрын

    Uuuuuufffeeeee ebifamii kaa ebboo kesii koo hin boqotee maalooo uuuuufffeekaaaaa

  • @DeepBibleStories
    @DeepBibleStories3 жыл бұрын

    Beautiful song Ebbo. Good work. God bless you more and more.

  • @ebadiriba

    @ebadiriba

    3 жыл бұрын

    ebbifami bro koo... Much love and respect 🙏

  • @sammybabby478

    @sammybabby478

    2 жыл бұрын

    900000

  • @hawioromtititube

    @hawioromtititube

    2 жыл бұрын

    Maatii naf taii sanyiiko ❤️❤️🙏❤️❤️

  • @hawioromtititube

    @hawioromtititube

    2 жыл бұрын

    Maatii naf taii santiikooo

  • @hawioromtititube

    @hawioromtititube

    2 жыл бұрын

    @@ebadiriba Maatii naf taii sanyiiko

  • @elfineadisu7013
    @elfineadisu70133 жыл бұрын

    Waaqayyo si haa eebisu

  • @dulaafuditube3833
    @dulaafuditube38333 жыл бұрын

    Eeboo guddicha keenya numaaf jiraadhu

  • @dibabaabebe5420
    @dibabaabebe54203 жыл бұрын

    Maalin obsu isaati maale...stay blessed beloved brother

  • @sanyii8781

    @sanyii8781

    3 жыл бұрын

    Orokoo 💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video jalatti comment naaf barreessi💕💖

  • @seenaataddasaa6390
    @seenaataddasaa63903 жыл бұрын

    Eebbifamii Qaxalee mucaa 🙏🙏🙏❤❤👌

  • @jirajira4956
    @jirajira49562 жыл бұрын

    Mucha an akksiit siyyadun ture waaqayoo sihaebiisu Boo,adhuma isaa egachaa jiira😭😭🤲🤲🙇🙇

  • @genetmulugeta1978
    @genetmulugeta19783 жыл бұрын

    Waqayyoon si haa eebbisuu

  • @dejenekemiso4864
    @dejenekemiso48643 жыл бұрын

    Ayyaanni waaqayyoo ammayyuu siif haa baay'atu. really, I loved your song!

  • @sanyii8781

    @sanyii8781

    3 жыл бұрын

    Dejukoo💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video jalatti comment naaf barreessi💕💖

  • @samueljanko4673
    @samueljanko46733 жыл бұрын

    faaruu kana akkuman baneenan Imimman koo qabachuu dadhabe.

  • @lelisaanbessa6428
    @lelisaanbessa64283 жыл бұрын

    Waaqayyo bara keessan haa eebbisu. Eebbifamaa dachaa.

  • @abdims1842
    @abdims18423 жыл бұрын

    Waaqayyo si haa eebbisu, faarfannaa kana fakkaatu keessatti qooda kan fudhatan hundumaaf umurii dheeraan hawwa♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️😇😇😇

  • @sabateshome4341

    @sabateshome4341

    3 жыл бұрын

    Siifis❤

  • @waqayooabdiikootiameenebifami
    @waqayooabdiikootiameenebifami3 жыл бұрын

    siti malee sin malee iyeesusu malini obsu😭😢🙏🙇✍👌💕ebbifami ebbo koo

  • @sifanrgasa6161
    @sifanrgasa61613 жыл бұрын

    Amazing 🧑‍🎤🧑‍🎤song Blessed ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @waktolalamesa9475
    @waktolalamesa94752 жыл бұрын

    Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeen!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! eeyyee kaa,Yesuusiin malee maaliin obsama!!!!!!!!!!! umurii dheeraa si haa jiraachisu!!!!!!!!!!!!!!

  • @eyobhirpatola7020
    @eyobhirpatola70202 жыл бұрын

    Dinqii dha! Ebbifamii!

  • @olyadutakele2141
    @olyadutakele21413 жыл бұрын

    Maaliin obsuu.... ow God blessu brother💯🙏

  • @sanyii8781

    @sanyii8781

    3 жыл бұрын

    Olikoo💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video jalatti comment naaf barreessi💕💖

  • @miresa7048
    @miresa70482 жыл бұрын

    Eebboo Amazing job keep it ahead Obboleessoo!

  • @hawioromtititube

    @hawioromtititube

    2 жыл бұрын

    Maatii naf taii sanyiikoo ❤️🙏❤️❤️❤️❤️

  • @namewhyfive4805
    @namewhyfive48052 жыл бұрын

    Waaqayyoo isini haa ebbisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 dhugaadh waaqayyoo nama waalidhanan

  • @yashiyashi3573
    @yashiyashi35733 жыл бұрын

    Ebbaafaammaa Jaabbadhaa

  • @sena_oro
    @sena_oro3 жыл бұрын

    Stay bless

  • @sifengemechu2843
    @sifengemechu28433 жыл бұрын

    God bless you ebo

  • @raniddranidd2769
    @raniddranidd27693 жыл бұрын

    Barii keesaan haa ebbifamuu

  • @mitikkeeabarraa1041
    @mitikkeeabarraa10412 жыл бұрын

    Siin malee sitti malee yesuus maaliin obsuuu🎷🎷🎷🎷🎸🎸🎸🎻🎻🎻🎻🎺🎺🎺🎺🎧🎧🎧🎧🎤🎤🎤🎤🎤🎤🔦🔦🔦🔦

  • @gracetube3018
    @gracetube30183 жыл бұрын

    Eebbifami Eebboo koo; What an amazing song I have ever heared!!

  • @sanyii8781

    @sanyii8781

    2 жыл бұрын

    Tammekoo maatii naaf ta'ikaa 💖 Only click this link👇👇💞 kzread.info/dron/o-bWkqHx5kadLI3vumUEmg.html

  • @milkesanagasa557
    @milkesanagasa5572 жыл бұрын

    Eebbo,ko dhugaa baay`ee namatti tola #God_bless_you!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @hawioromtititube

    @hawioromtititube

    2 жыл бұрын

    Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏❤️❤️

  • @milkesanagasa557

    @milkesanagasa557

    2 жыл бұрын

    @@hawioromtititube tole atillee maatii anaaf ta'i Hawi

  • @abdiyomi4629
    @abdiyomi46293 жыл бұрын

    ebba bayye baredaa Jabaadhu Garbichaa waaqa

  • @abiytolera5875
    @abiytolera58753 жыл бұрын

    my massage thank you brother stay blessed

  • @hawiamanuel9854
    @hawiamanuel98543 жыл бұрын

    What an amazing song Ebbifami Eba

  • @roobaagurmuu2526
    @roobaagurmuu25262 жыл бұрын

    Eebba ebbifami barri kee haa ebbifamu

  • @haannii2728
    @haannii27282 жыл бұрын

    Uuuuuuuuufffffff a.a.a.ahhaaa wayyookaa 😭😭😭Ameeen💓💓💓

  • @robish2322
    @robish23223 жыл бұрын

    Great!!!

Келесі