Thank you, Assekoo! You really made us cry until the end. May God give us all the strength to wait upon the Lord. We expect more Afaan Oromoo songs from you Asse. eebbifammi!!
Ebbifamaa ijolle waqayyo boyaatuma dedebise dhaggafata jira b.garaa nama cabsa.
@diboratameru32133 жыл бұрын
Singer አሰግድ ጌታ ይባርክህ moreeeeeee! ቋንቋውን ባልችለውም mzmurun gn ደጋግሜ.......................ሰማሁት alselchwem "JIRRA AMMALLEE" bless you!!!! I don't know .......But I feel like God presence yabzalh.!!!!!
@kellemwkake3 жыл бұрын
Ebbifama dhugudha dhagafatame hin qufamu jirraa Ammallee
Ameen ameen ameeen🙏🙏 Eebifa gooftaan dacha si haa eebbisuu nama kakuu♥️♥️
@hanchalubiru78813 жыл бұрын
Guddaa eebbifami Faarfataa Aseggid Abbabaa. Saba keenya jajjabeessite, kabajaa fi jaalalli ati nuuf qabdu ni mul'ata ni argina. Waaqayyo bara kee haa eebbisu. Ameen
Ani farrsaa baraa kana bahee kesaa farsaa kana qufuu dadhabee!! jechoni isaa tokko toko ergaa gutuu qabaa dhugaa bayee farsaa addatii goftichi ayyana isaa oli sifi ya dabalu💖😍
@eliliiprince64563 жыл бұрын
woow Asee ተባርክ ጌታ ይባርክህ። እግዚአብሔር በ ሁሉም ቋንቋ ይመለካል ክብር ለ ስሙ ይሁን። ምርጥ ዜማ እና ግጥም፣ ምርጥ video Eveen the way you express in Dramatic way is so Amazing.ጌታ ፀጋውን ያብዛልህ እንወድሃለን🙏.
@etefanoshabtemariam53533 жыл бұрын
Wow blessed man wow wow wow ...
@firajk68743 жыл бұрын
jirra ammallee Harki isaa nu hin gaane... bless u all
@gemechutilahun46133 жыл бұрын
😍😍😍😍😍 eebbifamii asekoo baay'ee nama qaabanessa
@LetaKefena3 жыл бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu, faarfannaa hedduu nama eebbisudha.
Waaqayyo Bara baraan si haa eebbisu farfannaa abdii namaa haaressuu fi haala keessa jira nama dagachiisuun dandeettii fi ga'umsa waaqaayyoo abbaa ittiin eeggatanii dha God bless You bro
Пікірлер: 691
Thank you, Assekoo! You really made us cry until the end. May God give us all the strength to wait upon the Lord. We expect more Afaan Oromoo songs from you Asse. eebbifammi!!
@asegidabebeofficial1244
3 жыл бұрын
Tolee atille heddu ebifami
@woldugaredew6548
3 жыл бұрын
Eebbifami Asaggee koo! baay'ee bayeessa. Jira ammalle Gooftaan.
@hiwieadonieyob2564
3 жыл бұрын
@@asegidabebeofficial1244 dgrjw Even
@firaoltolesa3028
3 жыл бұрын
Nice
@negesomidekso7159
3 жыл бұрын
ASEE GOFTAAN SI HA Eebbisuu
Maloo farfannaa kanaa qufuu dadhabee guyyaatii yeroo meqaan irraa deebi'ee dhagefaadhaa garuu dafee dafeen yaade ittii deebi'ee dhagefaadhaa uuuuuuffff '😭😭😭😭😭imimaan kootiniin dhagefaadhaam malii ergaa guddaa of keessaa qaba farruun kee asee koo '😢😢😢haalaa ammaa keessaa jiruu kanaatii atii immoo sagaalee jajabinaa qabaate nuf dhuufuu keetiif ammalee ayyaannii kun dachaa siif haa dabaalamuu 🙏🙏huundumtii keessaan nuf ebbifamaa nuf jiraadhaa ❤💚❤
@alexjambi4489
3 жыл бұрын
Ayyani waaqayoo sif haa baayyatu ebbifamii.
UUUUUUUUUUFFFFFFFEE NATI TOLEERA WAAQAYYOO ISIIN HA EEBBISUUU
Faarsaa dibata addaa qabuudha. kana boodas akkasuma fuulla Gooftaa turiitii waan gara Waaqayyoo qabbaneessuu fi ijoollee Gooftaa eebbisu nuu fidii kottu. Maatii koo waliin hedduu si jaallanna. Ayyaanni Gooftaa Yesuus Siif haa baay'atu.
Faarfannaa ajaa'ibaati. Gooftaan isin haa eebbisu
Maal faarfannaan hin quufamne akkasi....Amazing ✋😍😍😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@fenetfidanu1346
3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤬🤬🤬🤬🤬🤬🥰😍🤬😭😭😭😭😭
@Kiyaksirika
3 жыл бұрын
🥲💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝🥲
👉 ......Dhabachun egachun hulfinaa waaqayon qabbachun jabbinaa fullii issaa yomiyuu dansadhaa kan borrufi ummaan ke bekkadha ...... 👉dhugaa dhugaa waaqayo sin ya ebbisuu nuf jiradhuu ebifamii dachaa🙏🙏 farfana dhagefadhee quuffu dhadhabedhaa hagaa yonatii🙄❤❤❤❤❤ ......... 🥰🥰🥰👍🙏kan birran si egnaa !!!
@asegidabebeofficial1244
3 жыл бұрын
Ameeen atille ebifami
ወንድሜ አሰግድ ጌታ ይባርክህ! ቋንቋውን ባልችለውም ዝማረውን ደጋግሜ ነበር የሰማሁት "JIRRA AMMALLEE" ውስጤን አረሰረሰው! መንፈስ ያለበት መዝሙር ነው!
@asegidabebeofficial1244
3 жыл бұрын
Ameeeen tebareki
@user-un3nl4zi9v
3 жыл бұрын
አቤት ዝማሬ እንድ ነዉ ኮ በጌታ የቋንቋ ባላበት እየሱስ። ነዉ አልቅም ግንእባዬ ይመጣል የአባቴ ልጅ ቢሩክህ ነህ ተባረክ። በፀጋ ተበሪከናል ወድ ስጦታዬ ነህ በእየሱስም ዘመን የተባረኬ ይሁኝ። በመስቀሉ ሥሪ ይለቀ ዘመን። እወዳቸዋለሁ ከልቤ 3። ናቹ
@tsigiagama3617
3 жыл бұрын
Ameen Ebbifama/ Teberake
“Jiraa Ammallee harkisaa nu hin ganee...” 😭😭😭 Goftan nama hin dagaatu furmataan ni dhufaa🙌🙌
Haala ulfaataadhaaf dukkana abdii kutannaa kana keesatti sagalee jajjabinaa nuuf qabattee dhufte kanaaf waaqayyo dachaa siin haa eebisu.
@amanudir209
3 жыл бұрын
B B
@amanudir209
3 жыл бұрын
Farfana
ኦሮምኛ አልሰማም ነገር ግን መዝሙሩ የእግዚአብሄር መንፈስ አለው ውስጤ በእግዚአብሄር ላይ ትልቅ እምነት እንዲኖረኝ ያደርገኛል ዘመንህ የተባረከ ነው
@asegidabebeofficial1244
Жыл бұрын
Woww tebarek
@Shalom285
Ай бұрын
ተሰምቶኮ አይጠገብም
Ebbifamaa ijolle waqayyo boyaatuma dedebise dhaggafata jira b.garaa nama cabsa.
Singer አሰግድ ጌታ ይባርክህ moreeeeeee! ቋንቋውን ባልችለውም mzmurun gn ደጋግሜ.......................ሰማሁት alselchwem "JIRRA AMMALLEE" bless you!!!! I don't know .......But I feel like God presence yabzalh.!!!!!
Ebbifama dhugudha dhagafatame hin qufamu jirraa Ammallee
Huuufff Harmee to oromia 😭😭😭🙏🙏🙏waqayyoo Boyichaa kenyaaf debii siraa eganaa Ebifamaa Ayyannii waqayyoo isinif yaa dabalamu Ebifamii
Yihen mezmur sisemaw lik eenen yemiyaweragn yakil new yetesemagn lene new meliktu hulu tebarek wendme zemenk yibarek stegaw be etef yibzalik🙏😇🙏🙏
waaqayyoo abbaan inni ayyyaana kana siiif kennne amma bara baraatti ssif haa ibsuuuuuuuu galatoomiii
Listening and crying! From Atlanta!
@jalalinimoyaa9649
3 жыл бұрын
😢😢
ከተለቀቀበት መስከረም ጀምሮ እስከ ዛሬ ሳዳምጥ እንዴት እንደሚፅናና, ዳግም ካለሁበት እንዴት እንደምበረታ, አቦ በቃ ምን ልበልህ ጌታ ዘመንህን ያለምለምልኝ ብቻ ነው ማለት የሚችለው
Wow Waaqayyoo sii haa ebbisuu
ebbiifamii ammallee jira karaan ce'uumsa ammallee
Ase koo bless U🙌
Dhaabachuun egachun ulfina. Waaqayyon qabachuun jabinaa.
Ebbifammii dachaan God bless you Tebarek
Senaa hadhaa koo naati kaasee jirenyaa koo utubee 😭😭😭😭😭Abaan koo saa ebbisuu
Farsaa kanaa sagalee marartotin keessa kotii ba'uu didee senaa kodhaa nat fakate waqayoo baraf jirenyaa kee yaa ebisuu ebifami namaa waqayoo 😭😭😭😭😭🙇♀️🙇♀️
@asegidabebeofficial1244
3 жыл бұрын
Ameeen atile ebbifamii
Uuuuuuuffff Ameeeeeen Ameeeeeen ebifamii dhugumaam hin barr'aa gaftokko
Waaqayyoof galatni guddaan haa ta’u! Eebbifamaa martinuu!
Ameen Ammas inni jira bantii isaa irra kan wanta hundaa arguu danda'u. Waaqayyoon isiin yaa eebbisu.
Ayyaann ISAA dachaan sitti haa dabalamu. Waaqayyo Hafuura ISAA bara dhumaatti dhaloota hundumaa irratti ni dhangalaasa jedhamee inni raajichaan dubbatame raawwachaa jira
I literally cried in office looking at that mom in the video! Waaqayyo Gooftaan isa bari'e fakkaatee ifa dhufe nu duraa dukkaneessu nurraa haa kaasu!
Waaqayyo bara jireenya kee siif yaa eebbisu asee eebbifamaa namaa barri jireenya kee yaa eebbifamu
Uuuuuuuuuuuu Abakooooo ati jirta sabakee bohaa jiruf 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@urgefufa2908
3 жыл бұрын
Ameeeèeeeeen Ameeeeeeeeeeeen Eebbiffami Baayee Namatti Tola
Uuuufffeeee waaqayyo guddaa baraaf jireenyakeessan ha.eebbisu
Dhaggeeffadhee quufuun dadhabe Ase! waaqayyo bara,Tajaajilaa fi maatii kee haa eebbisu.
eebbifami haadhookoo waaqumti sihaa eebbisu
Eebbifami baayyee baayyee ergaa guddaa of kessaa qaba waqayyo ayyanasaa siif haa biyyisu
ani quufuu hin dandeenye Aseekoo eebbifami maleee dachaa*100!!
Woow waaqayyo abbaan koo bara baraan saa eebbisu faarfataa Asegid Abebe. waaqayyo si wajjiin jira jabaadhu nama waaqayyoo!!!!
Weyyoo waaqayyoo isin haa ebbisu baayyee namatti tola ergaa guday qaba👏👏👏❤❤
Ameen ameen ameeen🙏🙏 Eebifa gooftaan dacha si haa eebbisuu nama kakuu♥️♥️
Guddaa eebbifami Faarfataa Aseggid Abbabaa. Saba keenya jajjabeessite, kabajaa fi jaalalli ati nuuf qabdu ni mul'ata ni argina. Waaqayyo bara kee haa eebbisu. Ameen
መስማት ያለብኝን ግዚያዊ መልክት ነው የዘመርከው :: አሜን እግዚአብሔር አለ የምናልፍበት ሁኔታ ባይመስልም .. እግዚአብሔር ዘመንህን ይባርከው
Ammmen ebbifamaa dachaa uuuuuiiiuuuuuuufffiiiiii eyee jiraa amma malee Abbaa dhugaa fi ammam yesusi 😢😢😢😭😭😭😭❤️💟
The woman is very talented! Praise God.
Eebbifamii Waaqayyoon sii haa eebbisuu.
Wooowww faaruu midhagaa........eebbifamaa hundi keessanuu👏👏👏
Waqqaayyoo si aebisuu ebifama 🙏🏿
Jirra ammallee cimnee dhaabbannee Jedhaa faarsaa harkisaa nun ganne Asse😍😍yadikoo😍gutisha😍 And the woman acting on the video 😍 May God bless you all💞💞
Wow asee yigermal tebarekliny
ጌታ ዘመንክን ይባርክ ዝማሬውን አዳምጬ ተባረኩኝ። እዉነት ነው እግዚአብሔር ን የሚጠባበቁ ኃይላቸው ይታደሳል
Wowo baayyee ittin eebbifame amma iyyuu ayyaan goofticha dacha isinif yaa baayyaatuu eebbifama
Ani farrsaa baraa kana bahee kesaa farsaa kana qufuu dadhabee!! jechoni isaa tokko toko ergaa gutuu qabaa dhugaa bayee farsaa addatii goftichi ayyana isaa oli sifi ya dabalu💖😍
woow Asee ተባርክ ጌታ ይባርክህ። እግዚአብሔር በ ሁሉም ቋንቋ ይመለካል ክብር ለ ስሙ ይሁን። ምርጥ ዜማ እና ግጥም፣ ምርጥ video Eveen the way you express in Dramatic way is so Amazing.ጌታ ፀጋውን ያብዛልህ እንወድሃለን🙏.
Wow blessed man wow wow wow ...
jirra ammallee Harki isaa nu hin gaane... bless u all
😍😍😍😍😍 eebbifamii asekoo baay'ee nama qaabanessa
Waaqayyo isin haa eebbisu, faarfannaa hedduu nama eebbisudha.
Ammeen Ammeen ebbifamas akkatii farsaa kanaa jaladhee uuuffff guyyatii yeroo 3 fi 4 oliin dhageefadhaa uuuffffee Jiraa Ammalee cimanee dhabanee jedhaa farsaa harkisaa nu ganee😢🙏🙏
Get blessed all of you!!!!!!!!!!!!! Farfannaa humnaa qabu fi hafuuratti bari kee haa eebbiffamu
Eebbifamaa qulqulloota ilmaan Waaqayyoo!
አስየ ጌታ አብስተዉ ይባርክ፤ በጣም የሚባረክ ልብን የምነካ መዝሙር ነው። Isa na hudhaa ture imimmaankoon itti obbaafadhe😍😍
Uuuuuuuuuufffff😭😭😭😭😭😭😭 jirraa ammalee harkiisa nun gannee 😢😢😢❤💚❤ebbifamii
@asegidabebeofficial1244
3 жыл бұрын
Ameeeen
የእግዚአብሔርን ምህረት እንድናስብ ያደረገ መዝሙር ነው። Waaqayyo si haa eebbisu!
I don't know Affan Oromo language but I couldn't stop listening to this song. Stay blessed!
@temesgenkabeta7605
2 жыл бұрын
Not only you am also too my brother.
Farsaa bayyee nama #eebbisu dha. #Asee💖 Ayyaanaan eebbifama kana caalaa. Namoonni Hundi farsaa kana miidhagsuu keessatti Ga'ee keessan baatan.
@asegidabebeofficial1244
3 жыл бұрын
Ameeeeeeen isiinile ebifama
Uuufffffeeee ebbifama dhugaa
Ase waqayyo sii haa ebbisu farfanna bayee garii dha
ኡፍፍፍፍ ወንድሜ አሰግድ ጌታ ይባርክህ!! ይህን መዝሙር ቁጭ ብዬ መስማት አልቻልኩም፡፡ የእግዚአብሔር መንፈስ ውስጤን በኃይል ሲያነቃቃው ይታወቀኝ ነበር፡፡ በጣም ውስጤን አረሰረሰው፡፡ ጌታ ይባርክህ እባክህን እንዲዚህ ዓይነት መንፈስን የሚያነቃቁ ዓይናችንን ወደ ጌታ እንድናነሳ የሚያደርጉ መዝሙሮች ያስፈልጉናል፡፡ በጌታ በርታ ተባረክ፡፡ Jirra Ammalle ….
Eebbifami, ergaa guddaadha!!
Jira Ammallee!!!!! Haa dhagahu diinni👉. Eebbifamaa
ከቃላት በላይ ነው እዉነት ጌታ ይባርክህ አስዬ ክብሩን እርሱ ጌታ ይዉሰድ
Wow bayyee namatti tola Eebbifami
Eebbifamaa ijoollee Waaqayyoo . “Jirra Ammallee “ can’t stop listening ayyannisaa dachaa dachaan siif haabaayisu
Kana hafuura waaqayyootu akka isin faana akka turen gubadhe ...maaloo hin quufamuum!
Listening with Tears 😭😭😭😭😭may God bless you
Wow Asye Gooftaan si haa Eebbisu Kanuma caala nuuf eebbifami
From sudan🇸🇩 Ilove oromia ❤️❤️🇪🇹
Faarsaa nama in nuffisisne kan hafuura namaa haaressu abdiis kan namatti horudha.waaqayyo isin haa eebbisu.gara fuula duraattis ayyaanni waaqayyoo dachaa isiniif haa baayyatu❤❤
getayee abezeto abezeto abezeto yebarekeh tebarekelegn
Waw waqayoo baraf jirenyakee haa ebisuu ebifamii ,farfanaa bayee namati toluu dachaa ebifami🙏🙏🙏🤲🤲
Obbooleessaa koo waaqayyoo guddaa si haa eebbisu. yeroo sabni waaqayyoo guutuummaa biyyaatti abdii kutanna keessaa jirruu kanatti sagalee jajjabinaa hafuuraa qulqulluu bira waan nuuf fideef eebbifami, abbaan keennicha haa ulfatu. keessummaa saba keenyaaf ergaa yerooti
Uuuufff jira ammaa ilee Ameen Ameen Ameen eebifami dachaa ayaanii isa siif ha dabalamuu
God bless you our brother Asegid.
Ameen ameen jira ammalle karaan ce.umsa halleluyyaaaaaaaa
best of best video woooow so amazing
@hawiwiha5122
2 жыл бұрын
Ebifemi🥺🥺🥺🥺😘😘
Amen Amen Amen Amen jiraa amaaleeee Gooftaan koo isiin haa eebisuuu. ❤❤
Jababdha gamaa hundaa nu haa jabaannuu Amma booda waan waliin dhabnee argaachuf yeroo dhiyootu nu hafaa:;
Uuuufffffeee,jirraa Ammalleee Ameen Ameen Ameen eebbifama dachaa dachaa dachaa maqaa yesuusiin dhaloota eebbiifameedha isiin jabaadha,kana burqaan farfannaa kan dhaloota dheebu baasuu isiin keessa haa burquu 🙏🙏🙏🤲🤲🤲🖕👍
ትርጉሙ ባይገባኝም ብቻ ልብን የሚ ነካ መዝሙር መሆኑ ያስታውቃል ተባረኪ አሴ
Waaqayyo Bara baraan si haa eebbisu farfannaa abdii namaa haaressuu fi haala keessa jira nama dagachiisuun dandeettii fi ga'umsa waaqaayyoo abbaa ittiin eeggatanii dha God bless You bro
ውንድም አሰግድ ውሌም መዝሙሮችክ ከቅንብር ጋር ውስጥ ስር ስር ያረጋል ያስለቅሳል በጣም ነው ምወደው ስንት ብሰማው አልጠግብም 💞💞💞💞💞💞
Ameen jirra ammallee,dachaa ayyaanni siniif haa dabalamu!
Ufff Aayyoon sun baayyee qalbii nama fuuti! I hope it's a true history
Asee keenyaa eebbifami
Uffffffff jirraa ammallee bar karaan ce'uumsa jedha Abbaan kee Jiraaaaaaaaaaaaaaaa amaalleeeeeeeeeeeee
God Bless you Asegid
JIRA AMMALLEE BAR KARAAN CEE'UMSAAAAAAAAAAAAAAAAAAAA.....BE BLESSED
በጣም ተወዳጅ መዝሙር ነው በሰማው ብሰማው አልጠግብ አልኩ ተባረክ ወንድሜ ❤❤❤
Faarfanna kana dhaggafadhe hin qufuu uffffffffffff 😭😭😭😭ebbifamaa