No video

Araara-

#live_worship_afaan_oromoo #bikilakebede #araara kee #oromogospelsong #oromomusic #oromocomedy
#cubbuun koo akka dhiigaa #araarakeetiinan #waadaakoi
Only on #Bikila KebedeOfficial
Music : Raja Dingata
REC.and Mix : Raja Dingata
Lyrics:Bikila Kebede
Production : Raja
• Bikila Kebede |KENNAA ...
• BAKKA BU'AAKOO- Bikila...
#WAKJIRA TUBE
#BW Tube
#MO'A TV
#ETHIOPIAN MEZMUR Tube
#MARSIL TV WORLDWIDE
#mezmur tube#Seifu on EBS 2
#FAARUU TUBE#New oromo gospel vedio
#Faarfannaa afaan oromoo haaraa 2023
#oromo music
faarfannaawwan akka kanaa hedduu argachuu yoo feetan youtube account kana subscribe gochuudhaan Yeroo yerootti na hordofaa, Waaqayyo gooftaan hunduma keenya wajjin haa ta’u!

Пікірлер: 292

  • @ararsoliko3995
    @ararsoliko39952 жыл бұрын

    Kan fayyetu jechoota qiqindeessee isa ISA fayyisee jajata fi fayyina isaa himata. GOOFTAAN AYYAANA ISAA SIIF HAA BAAY'ISU BIQOO! Si jaallanna!!

  • @addiseaddise3688
    @addiseaddise36882 жыл бұрын

    Ameeeeeen ebbifamii waaqayyoo si haa ebbisu ayyana kan caalu siif haa keenu maqaa yesusin

  • @yafiadi1443
    @yafiadi14432 жыл бұрын

    Wow Biko Waaqayyo si haa eebbisu farfannaa kee hundaan Eebbifameera Baayee guddaa waaqayyo si haa eebbisu ammayuu sin jaalladha nama waaqayyoo

  • @gemechubefikadu6973
    @gemechubefikadu69738 ай бұрын

    Eebbifami, Eebbaf ta'i . Faarfannaa kanaan baay'ee eebbimeera waan ta'eef. Waaqayyoon sii haa eebbisuu, habaadhuu!!!!!!!

  • @bonnitube8999
    @bonnitube89992 жыл бұрын

    Ebbifami ani garuu mana keef haradha

  • @abebubekele5179
    @abebubekele51792 жыл бұрын

    Uuuuuuufffffeeeeeee ANI kuni in amma dhabatee sii farfatuu safuu Yeesoo koo jaalala kee kana osso Arara kee hin tanne iddon kuni nuf hin ta'uu Abba koo 😥🙏🙏 Biqqo Teenyaa Ebbifamii Ayyana Qabeessa koo amma iyyu Ayyanichii dachaa Jireenyaa kee irratii haa dadabalamuu hadhoo koo Jabaadhu!

  • @melkabiratu577
    @melkabiratu577 Жыл бұрын

    Farfannaan kuni baayye natti tole Bilchina macaafa Qulqulluu fi Afuura Qulqulluutin kan farfatameedha!! Wow farfannaa akkanaa kana nuuf daddabali! Ayyaanni Nagaanis Waaqayyoo abbaa biraa akkasumas Gooftaa Iyyesus biraa siif haa baayyatu obboleessa koo!!!

  • @masaratinagaraatube7484
    @masaratinagaraatube74842 жыл бұрын

    Koota maatii naafi Ta'a Qaalii waanikoo waalii haa jajabesinu maaalloo 📖👈❤️

  • @user-iw9vz5fc1y
    @user-iw9vz5fc1y8 ай бұрын

    Ameni ameni ameni 🎉🎉🎉🎉gofta si yaa galatu otto sini ini tane ani sila badera situ nan wamate arara keni ofiti nan wamate haleluya haleluya haleluya si yaa galatu gofta ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama nama waqayoo ayani sifi yaa bayatu obolesa koo

  • @js9103
    @js91032 жыл бұрын

    Biqooooo koooo Ebifamiii jabadhuuu hadhokoo

  • @eliastadesse4230
    @eliastadesse42302 жыл бұрын

    uuuuuuu maaloo maaloo! faarsaa akkamiiti joo! na nyaate lafee koo na nyaate ribuukoo! waaqa baadhaasa godhee siin nuuf laateef galanni dachaa ha ta'u! siifimmoo ayyanni ha dabalamu namakooo! eebbifamii hafi! baraaf baroonni kee siif ha eebbifamu!

  • @Lalisa_Asefa_Official
    @Lalisa_Asefa_Official2 жыл бұрын

    Biqoo koo hin quufamu! Damma koo afaan damma gootee! Faarfannaan kee nama keessa fiiga; isa lubbuu hin qabnetti lubbuu hora! Nuuf jiraadhu!❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🏾

  • @singitaanmucaawalaggaa5042
    @singitaanmucaawalaggaa50422 жыл бұрын

    Ebifaami dhugaa farfanaankee hedduu naati tolaa

  • @moikalove5554
    @moikalove55542 жыл бұрын

    Biko gooftan Ayyannasa kana caalaa sif haabayyisuu!!!!

  • @jaldesakumaya
    @jaldesakumaya11 ай бұрын

    Faarfanna kana ittiin eebbifameera! Gooftaan si haa eebbisu!!!

  • @chaltuebiyo417
    @chaltuebiyo4172 жыл бұрын

    Waaqayyoo ayyaannicha dacha siif haa dabalu gamma dhumatii siihaa dhaabu ebbifamii❤❤❤❤

  • @tokkumaoromo6478
    @tokkumaoromo64782 жыл бұрын

    Uffeeee Mee farsaa Kan siriti dhageefadhaa maloo dhugaa guddaatu keessaanu dhugaa bahamaa jira.Ebbifaamii Biqookoo nufi jabadhuu Ayyanaa ammayuu sif haa dabalamuu

  • @mariamabate1788
    @mariamabate17882 жыл бұрын

    Araara keetiinan ba'ee galaa Araara keetiinan oolee bulaa ,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,, God bless U

  • @abeyatade3486
    @abeyatade34862 жыл бұрын

    Faarfataa Biqilaa baay'ee eebbifami ayyanni waaqayyoo dachaan sirra haa ta'uu

  • @user-ne9ms9to7j
    @user-ne9ms9to7j11 ай бұрын

    Biqoo Baayyoliin Ani dibata Isaanii dheebochaa ture hafuuraan jalqabanii fooniin xumuraa Jiru ati garuu hafuuraan jalqabde hafuuraan fiixaan baafadhu waliin dhooftuu duraa dhigni ilma wqyo sin haagolgu jabaadhu!

  • @iyasuwandimu4023
    @iyasuwandimu40232 жыл бұрын

    Bikoo dachaadhaan naaf Eebbifaani namakoo jiradhuu

  • @shumetolasa4572
    @shumetolasa45722 жыл бұрын

    Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ebifamii dachaa dachaa nama waqayoo 🙏🙏💯

  • @alangeeragasaa6022
    @alangeeragasaa60222 жыл бұрын

    Ebbifamaa Koo waqumtii si haa ebisuu ddaachaaa 🙏🥰

  • @DawitGadafa
    @DawitGadafa3 ай бұрын

    Ameeeeeeen Ameeeeeen Ameeeen Aaaaammmmeeeeeeeen

  • @efeefeyisayoutubeoffical4242
    @efeefeyisayoutubeoffical424228 күн бұрын

    Waqqayyo kanumaa caalaa ayyana siif haa bayyisuu

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa20942 жыл бұрын

    Biqoo Ayyaanni siif haa baay'atu tokkicha koo.

  • @abdenatufa6632
    @abdenatufa66322 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen waqayyoo sii haa ebisuuu biqoo

  • @preciousmorningstar
    @preciousmorningstar2 жыл бұрын

    Eebbifamaa koo kanan si jaalladhu caalaa yesus immoo si jaallata

  • @fenikasahun7656
    @fenikasahun76562 жыл бұрын

    Biko Eebbifami ayyaanni waaqayyoo siif haa baay'atu

  • @tokkumaoromo6478
    @tokkumaoromo64782 жыл бұрын

    Baayiinaa Araraa isaf malee sila yonaa du'oo turee

  • @gemechubefikadu6973
    @gemechubefikadu69734 ай бұрын

    Ayyaanaa fi Araara waaqayyoo uffattee Kristoosii yeroo olqabdu baay'ee Eebbifamaa. Eebbifami, Eebbaf ta'i!!!!!

  • @warqiicaalaa9411
    @warqiicaalaa941111 ай бұрын

    Dibaatichii bara baraan sirraatti haa hafuu ayyaana irraatti ayyaana argaadhu

  • @caaltuutube7217
    @caaltuutube7217 Жыл бұрын

    Biqiltoota haaraa biqilaa jiran keessa nama qabnuudha ati nama kabajaa biqoo nuuf jiraadhu ayyanichi siif haa dabalamu

  • @rajobgeleta1662
    @rajobgeleta16622 жыл бұрын

    Bikoo namaa waaqayyoo jaalatamaa. Sin jaalladha Bikokoo

  • @biratuedosa2164
    @biratuedosa21642 жыл бұрын

    Biqoon nama Waaqayyoo isa jabaadha! jabaadhu jabaa koo

  • @dabagetachew4876
    @dabagetachew48762 жыл бұрын

    amaayyuu ayyaana laphee dhaalootafi waaqayyoo waalitti fiduu sif yaa keennu

  • @jirotaresa3542
    @jirotaresa35422 жыл бұрын

    Biqo Waaqayyo si haa eebbisu! Dabalaa deemi!

  • @midayecimdesajesusislord8539
    @midayecimdesajesusislord85392 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuufeee kaa ebifaamii imeeekooo bikoooo akatii sii jaaladhuu mucaa abaa koo

  • @ZainaDimaMiraYT
    @ZainaDimaMiraYT2 жыл бұрын

    Uffeeee araara yesuuuuuuuus ,ebbifamiiiii biqoo keenyaaaaaaa

  • @marnataayesus1298
    @marnataayesus12982 жыл бұрын

    Ameeeeeeeen ameeeeeen ameeeeeeen ebbifamii nama kakuu🎤🎤🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🧎🧎🧎🧎🧎🧎🎻🎻🎻🎻🎷🎷🎷💒💒💒💒🎤🎤🎤🙏🙏🙏🙏🙏

  • @astermooti2376
    @astermooti23762 жыл бұрын

    Waqqayyoo baar kee haa ebisuu biqoyeeee

  • @eyasugudeta8938
    @eyasugudeta89382 жыл бұрын

    waaqayyo ayyaanasaa siif dabaleedaddabalee ha baayyisu

  • @sisayfeysa7367
    @sisayfeysa73672 жыл бұрын

    Farfannaa kana dhagefadhe hin qufuu ♥️♥️♥️♥️

  • @MotiNagasaOfficial
    @MotiNagasaOfficial2 жыл бұрын

    Biqookoo niibareeda dhugaa

  • @masaratgirma5054
    @masaratgirma5054 Жыл бұрын

    Amen amen amen amen amen ebifami 🙏💜

  • @fornewlife7158
    @fornewlife71582 жыл бұрын

    Ameen biko ko barrii kee haa ebbifaamu

  • @user-mb3dq7rw3i
    @user-mb3dq7rw3iАй бұрын

    Ameen Ameen Ameen ebifemaa

  • @danielbayisa3403
    @danielbayisa34032 жыл бұрын

    Waaqayyo si haa Eebbisu Jabaakoo

  • @goldtube3593
    @goldtube35932 жыл бұрын

    Waaqayyo si ha eebbisu biqoo

  • @astiyeemucaakakuu1251
    @astiyeemucaakakuu12512 жыл бұрын

    Dhugaa farfatota baraa kana kesa farfanaa mucaa kanaa akan jaladhuu mal akaa ta,ee bekuu farfanaa isaa yeroon dhagefadhuu Kesii ko boqonaa argataa dhugaa yesusi nuf jiradhuu biqo🥰❤️

  • @moybonbokore4328
    @moybonbokore43282 жыл бұрын

    Biqoo dhageeffadhee quufuun dadhabe,Waqayyoon koo si haa eebbisu !

  • @kaayyooftube1310
    @kaayyooftube1310 Жыл бұрын

    dhugaadha faarsaa kana irra deddeebi'ees dhaggeeffadhee qufuu dadhabeera! bara baraan eebbifami biqooo keenya!

  • @talilatulu3907
    @talilatulu39072 жыл бұрын

    hundaan toleessa koo Eebbifamii

  • @DawitGadafa
    @DawitGadafa3 ай бұрын

    Yesuus koo ilmi abbaakoo sii haa eebbisuu biqookoo

  • @gedamegersa5066
    @gedamegersa50662 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen

  • @NewGeneration246
    @NewGeneration246 Жыл бұрын

    Cubbunkoo akka diima na diimesse na argattee 💯🙏

  • @Biqilaa-Kabbadee

    @Biqilaa-Kabbadee

    10 ай бұрын

    thanks

  • @SegniGiduma-rn1rx
    @SegniGiduma-rn1rx Жыл бұрын

    Guddaa si haa eebbisuu waaqayyo

  • @keneniyoutube
    @keneniyoutube2 жыл бұрын

    Biqilaa ebifamii waqayyoo siyaa ebisuu namaa waqayyoo

  • @sanyiimedia575

    @sanyiimedia575

    2 жыл бұрын

    sanyii koo matii nafii ta,a prank dawaadhuu thank you

  • @samirabununuu3314
    @samirabununuu3314 Жыл бұрын

    Ameen ameen ❤❤🤲🏻

  • @takeleamanuoficial8911
    @takeleamanuoficial89112 жыл бұрын

    Bikookoo Eebbifamaakoo nuuf jiraadhu

  • @eliastesfayetube
    @eliastesfayetube2 жыл бұрын

    Ebbifaami maaloo

  • @Wabii1696
    @Wabii1696 Жыл бұрын

    Abbankoo dachaa bara kee haa eebbisu biqookoo ayyaana qabessa mucaa yesus farsaan kee kan laphee dhaloota cabsee gara gooftaatti deebisudha malee washabaa warra dalagaan miti utu farfatoonni badhafamu jalqabani (1ffan) siin badhasaa Ani obboleessakoo bakkuma jirtutti ayyaanni gooftichaa afee sirra haa jiraatu hamtun siin argiin

  • @user-ko2jp4hj3m
    @user-ko2jp4hj3m11 ай бұрын

    Ebifamii ❤

  • @yesussimbookoti241
    @yesussimbookoti2412 жыл бұрын

    Eebbifamii dacha dachaa

  • @ebatesfaye2272
    @ebatesfaye22722 жыл бұрын

    Biqoo best eebbifami

  • @meseretendale5292
    @meseretendale52922 жыл бұрын

    Obbole Faarfannaankee yeroo hunda kotota biyya lafaa utuu hin taanee gochaa Yesusiin namatti agarsiise keessa namaa dinqisiifannaa Yesusiin guchisa! faarfachaa hafii ayyaanni kun ammayyuu siif haa dabalamu!

  • @eliastesfayetube
    @eliastesfayetube2 жыл бұрын

    Jabaa Koo jabaadhuuu

  • @sifoadino9588
    @sifoadino95882 жыл бұрын

    Eebbifamii nuu jiradhuu

  • @shahdlog6258
    @shahdlog62582 жыл бұрын

    Ameeen ameeen ameeen ❤️ 🙏🙏🙏🙏

  • @takaludabalaa8968
    @takaludabalaa8968 Жыл бұрын

    Uuuuffffffeeeeee ebiifamuu dachaan biqoo❤❤❤

  • @iftuuboshera
    @iftuuboshera2 жыл бұрын

    Ulfaadhu yesus koo Uffee Ameen eebbifamaa Ayyaanni siif haa baayatu !

  • @monetube6895
    @monetube68952 жыл бұрын

    Yesuus dhugaa nama sooru kana sontee, yeedaleessitee ayyaana sirra jiruun, nuu sagaleessitee Dheebuu keenya waan sugeessiteef galatnisaa waaqayyoof siif ammoo abbaan ayyaanichaa siif haa caalchisu! Biko!

  • @uaruae2977
    @uaruae29772 жыл бұрын

    Namaa waqaayyoo biqqiilaa sin dhugumaa waqaayyoo dibbaataa dhugaadhaan si dibeeraa dhalootaa kamiirraayyuu addaan si argaa Wow qaxaallee muccaa waqaayyoodha ati hadhookoo

  • @dibaoli1426
    @dibaoli14262 жыл бұрын

    siif haa dabalamu faarsan

  • @twarejtwarej9966
    @twarejtwarej9966 Жыл бұрын

    Uuuuuuuuifffffffeeeeee Amen amen aboo gooftaan gooftootaa ayyanichaa sif haa dabalamu nama waqayyoo uuuuuffffe lubbu kotu boqottee waqayyoo ebbifamii

  • @masaratinagaraatube7484
    @masaratinagaraatube74842 жыл бұрын

    Wooowww ama dhumatii dhabadhu biqaa Mucaa Kakuu Ebbifamii Ameen 📖🙌

  • @wodehord7063
    @wodehord70632 жыл бұрын

    Eebbifami obboleesa koo Daarbi demi haamale

  • @mawlamawla1079
    @mawlamawla1079 Жыл бұрын

    Ameeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen biqo mucaa kaakkuu ebifaamii❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @bereketgetachew206
    @bereketgetachew2062 жыл бұрын

    Keenaa aja'ibaa qabdaa dhugaa farfanan kun hangaa dhumutii bo'an dhagefadhe goftaan koo sii yaa ebisuu ebiifamiii❤️❤️❤️❤️❤️

  • @baqelatujo6860
    @baqelatujo68602 жыл бұрын

    Ebbifamii qaxalee biqoo

  • @Abdi6119
    @Abdi61192 жыл бұрын

    waqayyoo gofftan bar kee haa ebbisuu

  • @alamalama4542
    @alamalama45422 жыл бұрын

    Ebbiffammii dachaa

  • @eyobtesfaye134
    @eyobtesfaye134 Жыл бұрын

    God bless you biko

  • @bachamulatu9617
    @bachamulatu96172 жыл бұрын

    Bikilaa ati sagaleen kee faarfannaa kamiifuu ni ta'a. Waaqayyoo isa sagalee akkas bareedu siif kenneef galanni guddaan haa ta'u 🙏🙏

  • @TheKitessa
    @TheKitessa2 жыл бұрын

    Eebbifami! Jabaadhu namakoo!

  • @firaolkasahun7472
    @firaolkasahun74722 жыл бұрын

    Gooftaan Koo daddabalee ayyaana saa siif ha baay isu biqilaa keenya

  • @diribashiri2807
    @diribashiri28072 жыл бұрын

    Biqoko nuuf jiraadhu dibamako sijaallanna

  • @ZertooApo
    @ZertooApo4 ай бұрын

    Ameen ameen ebufamii dacha kan calaa❤❤❤❤

  • @mucaakakuuwaaqayyoonnagaak5479
    @mucaakakuuwaaqayyoonnagaak54792 жыл бұрын

    Ameeeeeeen Ameeeeeen Waaqayyoon bara jireenya kee haa Eebbisu Eebbifama👏👏❤

  • @takilekelbesa1099
    @takilekelbesa10992 жыл бұрын

    Araarakeetii GALATOOMI

  • @megersajeldu
    @megersajeldu2 жыл бұрын

    baayyee jalladherra

  • @kenakena-xx4jl
    @kenakena-xx4jl Жыл бұрын

    Arara Arara ketinani olee bulaa Ammeen Ammeen ebifami

  • @negessetujuba
    @negessetujuba2 жыл бұрын

    really I am happy by hearing such kind of vocal , MY GOD BLESSING YOU

  • @adugnadereje8544
    @adugnadereje85442 жыл бұрын

    Nuuf Jiraadhuu Nama Waaqayyoo ammas Ayyaanni Gooftichaa siif haa dabalamu!!! AMEEN!!

  • @gadisedameesimboodamee2897
    @gadisedameesimboodamee28972 жыл бұрын

    Good bless you bro 🥰

  • @senaalalisaa7401
    @senaalalisaa74012 жыл бұрын

    Ameeeen ebbifami

  • @almazterrssa9770
    @almazterrssa97702 жыл бұрын

    Ebbiffammii kanaa calaa ayyanni waqqayyo siraati haa roobbuu nama waqqayyoo ebbiffammi gudaa❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️

  • @immabeettube5009
    @immabeettube50092 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuffff mee gooftaa baraa fi jireenyaa kee dachaa godhee haa ebbisuu ebbafi ta'aa maqaa iyaasusin qaxalee mucaa gooftaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😥😥😥😥😥😥😥😥

  • @maasiitube3782
    @maasiitube37822 жыл бұрын

    Bikoo Jechaa Siif dhabaa Wa.ee keetiif Goftaa Bayee Galateefannaa Jabadhuu Namaa Waqqayoo Isiin Jallannaa🙏🙏🙏🙏🙏➕➕➕➕➕🙏✔️

  • @aadi8788
    @aadi8788 Жыл бұрын

    Ebifamii.🙏🙏🙏🙏