"Qonni Kiyya Giddu Gala Leenjii ta'eera"

Obbo Tsaggaayee Wandafraash lafa hektaara tokko irratti muduraa fi Kuduraa akaakuu 40 ol sanyii biyyaa keessaa fi alaa oomishaa jiru. Hojii qonna magaalaa irratti bobba'an kana barattootaa fi Qonnaan Bultoota ittiin leenjisan...Obbo Tsaggaayeen Qonna magaalaa akkamitti akka eegalaniifi amma maalirratti akka argaman sagantaa kana keessa argattu daawwadhaa!!

Пікірлер: 2

  • @hailebayisa2366
    @hailebayisa23665 күн бұрын

    Good jobs

  • @jaab1582
    @jaab15825 күн бұрын

    Very impressive guy. Oromia needs ppl like him to get out of poverty. I hope I will meet him one day so he can teach me his techniques.

Келесі