HIR-KOO ... Kutaa 53 Etv |Ethiopia

HIR-KOO ... Kutaa 53 Etv |Ethiopia #Oduu #AfaanOromooProgram #Simbo #ALENGEE
#BABAARO #Oduu Ispoortii #Faayakeenya #GAAF-TOKKO
#MADDAIFAA #Yooyyaa

Пікірлер: 282

  • @SADORATUBE
    @SADORATUBE14 күн бұрын

    Dirama Hirkoo kan akkakoo Hawiidhaan eegdan mee👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @muhamadahmad-q7x

    @muhamadahmad-q7x

    14 күн бұрын

    😮😅😊😂😮😢😅😂😮

  • @suutube4582
    @suutube458214 күн бұрын

    Mee warri akkaa ko HIRKOO yaaddan like tuqaaa❤😂

  • @Ai1techtubeR-j_war
    @Ai1techtubeR-j_war14 күн бұрын

    Ara Hirkoo please itti fufuu qaba Sa'aatii kana isuma eegui barannee jirra please please akka itti fufan ergaa keenya nuuf gahaanii

  • @techsador
    @techsador14 күн бұрын

    Gaarumaan namaaf kafala, gaarumaan kan isiin biratti baaya'atee naaf eda'a 🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹

  • @Shame-yr6gb

    @Shame-yr6gb

    14 күн бұрын

    Siif godhee

  • @Adebetube-sr9wk

    @Adebetube-sr9wk

    14 күн бұрын

    Siif godheetiin jira itti hin kafalamu

  • @muhamadahmad-q7x

    @muhamadahmad-q7x

    14 күн бұрын

    😊😅😮😢🎉😂❤

  • @muhamadahmad-q7x

    @muhamadahmad-q7x

    14 күн бұрын

    😮😢

  • @DawitGeleta-v2c
    @DawitGeleta-v2c10 күн бұрын

    Maaloo maaloo ittii nuuf fufuu qaba dhugaa. Hadaraa waaqayyoo maaloo bifa haaraan nuuf koottaa. Hir-koo, gamtaa, inistuu, kiyyaa, hundii keessanu itti yaaduu qabduu yeroo dhiyotti. 🙏🙏🙏🙏

  • @batteo9045
    @batteo904514 күн бұрын

    I hope HIR KOO drama will continue soon. Every Sunday, my special day. Hir KOO drama is teaching me a lot Thank you, guys. God bless 🙏🙏🙏❤❤❤

  • @milkessahailu-milky
    @milkessahailu-milky14 күн бұрын

    They shouldn't have finalize plan of this drama series. I would not expect it so. Appreciate specially:- 1. Wako 2. Instractor Motuma 3. Gemta Respect you guys. Also Harmee Ayyuu, Tiya and Totoba😊 I hope you will come soon with more great job again. Thank you all😍✌️

  • @HappyCardGame-vf5uz
    @HappyCardGame-vf5uz9 күн бұрын

    Maaloo hirkoo koo dhugaa tiyyaa dhiifnaan diraamaan kee kan sobaa ta'a mooloo tiyyaa hin dhiisin gabbara malee fuudhi.gabbarsuun haa hafuu jedhaa hin turree akkasumaan fuudhiin

  • @RamedanMohammed
    @RamedanMohammed14 күн бұрын

    Adaraa Rabbi Diraamaa hirkoo akka addaan hin murre ykn dabalaa dheeressaa nuuf lakkisaa yoo akkas gootan Malee bilbila Koo k😊😊😊ana nan caccabsee hurreessa maqaa Rabbiin kakadha

  • @user-tg4qf3cn3v
    @user-tg4qf3cn3v13 күн бұрын

    Biyyaa oorma keessa teenet, bakka affaan keenna hin jirret, online irraan hirkon baaye nu barsiisa tureera. ammas diraama haraan akka adara jechu barbada. ❤❤❤❤❤❤❤ isi jaalanna❤❤❤

  • @abdulshakuribrahim-xl1jc
    @abdulshakuribrahim-xl1jc14 күн бұрын

    Xuumaramu Hin Qabuu Ture Sanuu Daqiqaan isas Heeddu tokko Xiqqa Ture Sanittu Dhuumate Jechuun Keessan Na Gaddisiisee Jira Diraamaan Heedduu Takka Bareedaa Tuuree Waan Heedduu irra Baradheen jira Hundaafuu Achiin Hin Badina Dafa kootta Qabiyyee Biraatin

  • @ibnuhasan9358
    @ibnuhasan935812 күн бұрын

    Baga nagaan dhuftan Ajaa'ibamoota baayyee sinjaallanna

  • @daleeabdiisa5407
    @daleeabdiisa540713 күн бұрын

    Waaqoo, Gamata, Instrctor fi Tiyyaa. Waaqoo (Hirkoo) nama addati. Isa Gamtaan waliin dhahuu tokko yaada. Waaqoo Eat your job

  • @abduselamabrahim2868
    @abduselamabrahim286813 күн бұрын

    Durarratti Maatiin Diraamaa Hirkoo hundi Galatoomaa,Waan gaarii Hojjattanii jirtu,Garuu Ammallee nuufhafa,Akkuma beekkamu Afaan Oromoo biyya Tana kheeysatti Masanuu Addaa qaba,Duraan Cunqurfamaa turullee amma dhaloota Qubeetiin Dorgommiitti galee jira,Karaa hedduun dorgommiin Duratti deemutti jira,Garuu Karaa amma Hirkoon dhufeen kanaan Ganaa amma Seene Kanaafiin Baay'ee isaan galatoomfadha❤,Kanaaf ammallee bifuma kanaan Daran fooyya'ee Boqonnaan 2ffaan itti fufuu qabaan yaada kooti,Akkasumas Keeysa isaatti Qabiyyee Osoo baay'atee akka yeroo dura eegaluu sanitti,warri "ETV Afaan oromoo"Addatti Galatooma❤❤❤

  • @anawarekalifa4781
    @anawarekalifa478113 күн бұрын

    1. hirkoo 2. Hinistuu 3. Gamtaa 4. Tiyaa Akkaa nuraa dhifnee Bifaa harayaan yoo kan egalaan tahee

  • @AbdiiJabara
    @AbdiiJabara14 күн бұрын

    Wani jatan dhugaa nati fakata hadara akaa walibiraa hidemene hadara hadara🎉🎉🎉❤

  • @mosisaseta3191
    @mosisaseta319114 күн бұрын

    Hojjii nama barsiisu,nama bashannansiisu ture. Wanta Baay’ee hawaassummaa,Siyaasa,Aadaa fi hariiroo barsiisaf barataa jidduu jiru,Baay’ee nubashannansiisa ture. Jabaadha waan guddaa isinirra eegnna gara fuuladuratti.

  • @sanyiiabanafii186
    @sanyiiabanafii18612 күн бұрын

    Nuutis Yaadaa hedduu qabnaa akkaa dawaatoota Diraama hirkootti Godinaa Gujiirra.

  • @NesruNasir
    @NesruNasir14 күн бұрын

    umriin nuf Tura gareen diraamaa hirkoofii hirkoon ❤

  • @abayinehwakgarijote7047
    @abayinehwakgarijote704714 күн бұрын

    Galatoomaa taatotni hirkoo hundinuu,baay'ee irraa baranne haala yeroo hunda.Barreessaan kun qalabni kee haa mirgisu,haala biraan itti haa fufu TV isin irratti dhiyeessitan illee morkii qaba jabaadhaa!

  • @mitikkuulammaa1269
    @mitikkuulammaa126914 күн бұрын

    Diraaman Ani Hawwiidhan Dordofaa Ture Keechaa Diraamaa "SAKAALLAA" OBN irratti Darbaa Turetti Aansee "HIRKOO"n Kan Lammataatii Osoo Diraamaa Hojjechuu Garee Hirkoo Kanaaf Dhiisanii Na Jechisiiseera Dhugaa Jabaadhaa Ammalleen Qabiyyeen Itti Aanus Akkanumatti Akka Nu Hawwatuuf Kanuma Caalaa Jajjabaadhaa❤❤❤❤❤

  • @muusatube5448
    @muusatube544814 күн бұрын

    yaro maaraa nufii hojachuu qabuu nutii jeraa maalee Ethiopia 🇪🇹 keeaa waan itii buhaaruu hiin qabnuu jeraa maalee Anii Saudi Arabia 🇸🇦 Magaala Riyadh eraayii yaro maaraa jeraa hordofaa Baayee tokoo jaladha Dhiraamaa Hiirkoo❤❤❤❤❤

  • @tedaa27
    @tedaa2713 күн бұрын

    Yaada kutaa isaa kun gabaabadha akkanumatti itti yaa fufuu ❤❤Gamtaa &Instraktarii motummaa Best Acter ❤❤to waqoo ❤❤ Garuu Mataa dure Hirkoo kanan itti fufaa mee kutaa isaa hundu baayee dasii namaa jedha galatooma ❤❤

  • @shibire7870
    @shibire787013 күн бұрын

    Itti fuufuu qaba hirkoo issin jaalana ❤❤❤

  • @jamelaj1120
    @jamelaj112012 күн бұрын

    Eyyee didamma barredaa dhugaa dha 👍👍👍👍🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤

  • @user-biru14bekele16mangistu
    @user-biru14bekele16mangistu14 күн бұрын

    Diraamaan Hir-koo ija keenyan waan ta'eef. Adaraa keessan diraamaan Hir-koo cufamuu hin qabu , itti fufaa malee. Diraamaan Hir-koo jechuun hirraanfachiiftuu bara rakkinaa,guddina Afaan oromoo fi diraamaan Hir-koo qaaneessituu diina oromoo ti

  • @Ayyuubsuleyman
    @Ayyuubsuleyman14 күн бұрын

    ❤❤hirko Ni jaalanna maalo akka itti fufu nuu gaafadha erga keenna biraan nuuf gaha hay hirko heddu si dinqisifadha

  • @maskaramtolera
    @maskaramtolera14 күн бұрын

    Xummuramuu qabuyuu warii jettaan

  • @rawadarawada7786
    @rawadarawada778612 күн бұрын

    Ani ergaan biyya bahee diramaa takkan dawadhuu garuu hiirkoon miiraa koo jijiree qalbiin garaa biyya na galchee🎉❤❤❤

  • @AbduljabbarToofiq
    @AbduljabbarToofiq12 күн бұрын

    Mashaa allaah

  • @AbduMustafa-pg5in
    @AbduMustafa-pg5in14 күн бұрын

    namoonni akkakoo diraamaa hirkoo eegdan please like me

  • @IsayasAberahm
    @IsayasAberahm13 күн бұрын

    ❤Best ijoolee kenyaa🙏😍👍

  • @waltejitola3337
    @waltejitola333714 күн бұрын

    Dhugaadha dhumuu irraa hin turree baayeema waan barumsa guddoo toltuu of keessa qaba bayemaa haa galatooman hundisaniyuu❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉

  • @GmGm-ht1ol
    @GmGm-ht1ol13 күн бұрын

    Dhugaa anii diraama hirkoo diraama afaan oromoo kessaa kan anii gamaachuun jabeessamu qabuu

  • @ArarsaTesfaye430
    @ArarsaTesfaye43013 күн бұрын

    Diramaan Kun akka itti fufuuf Abbottiin qabenyaa tumsuu qabuu. Humnaa isaniif kan ta'uu dinagdeen jabbeffamuu qabuu . Addaraa tumsaa garre hirkoo .

  • @AneL-Ahmed
    @AneL-Ahmed14 күн бұрын

    ❤❤❤❤dirama bayye bayye Nama gammachun lala turre ❤❤❤❤❤

  • @MuhidinAbdu
    @MuhidinAbdu14 күн бұрын

    Diraamaa hirkoo kuta 1 kaseen hordoofature torbee torbeedhan waan haraa qabataniidhufu miseensa Diraama hirkoo hunda kessaan isiinin jallaadhaa

  • @negeselemma104
    @negeselemma10413 күн бұрын

    Galatooma !!! jabadhaa ! Eebbifamaa , hojiin keessan itti fufuu qaba !!! qaamnii kamiyyuu ijoolee kana gama hundaan deegaruu qaba , Of dagachuu hin qabnuu !!!

  • @tigisthailu3786
    @tigisthailu378614 күн бұрын

    Diramaa Hirkoo xummuree jechuudha uuufff😢😢😢 Kan calaa akkaa itti nuuf fuftaan hojataa Abdii qabaa❤️❤️❤️😢💯

  • @abdiapp5
    @abdiapp513 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤bayyee namatti toltan dhugaa

  • @AliyaadAbdoo
    @AliyaadAbdoo14 күн бұрын

    Diraamaan Hir-Koo nuuf M/B keenyaatiif bashannanaa ture, diraamaan kun osoo bifa haaraatiin itti fufanii baay'ee namatti tola.

  • @hanydereje3343
    @hanydereje334313 күн бұрын

    Ana na gaafadha.... Hirkoon tajjabii hawaasaa keenyas, bohartii qofa miti,,, Anaaf Hirkoon..❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂

  • @user-tx1qf2lr6c
    @user-tx1qf2lr6c14 күн бұрын

    Diraaman hirko dhaabachuu hin. Qabu ❤

  • @obsaaabdulbari5555
    @obsaaabdulbari555513 күн бұрын

    Garuu drama hir koo malif akka daftanii xumurtan naf hin galee

  • @ninjadeennony7257
    @ninjadeennony725713 күн бұрын

    Maliin yadee ilaalala kana booda? Irra deebi'ee ilaaluu jalqabuu kootii...what a generation

  • @engidagabissa9871
    @engidagabissa987114 күн бұрын

    Baay'eenisin jaaladha nuuf jiraadhaa, waan haaraadhaan kottaa

  • @kelilkedir3587
    @kelilkedir358713 күн бұрын

    I LOVE TIYAA & HIRKOO GARU HUNDI JARATUU BAREDA

  • @AyaAyantu
    @AyaAyantu14 күн бұрын

    Hii dirma irko dhugum xumurame aka xumuramu gahe yerum irkon kitaba sa,a baresufi initiraartari oji gadi dhisa jedhe beke garu asirati xumurum sene irkon fudhe akasum kitaba ebisise akasum inistirateri fudhe oji barsisum ira oji bira umate gargarum barsisumafi oji bira bira jiru nuti muliftani fixu jedhe yade golabamun isa kuta lamasi tahu hin afa dhuga dirama irko mati irko hundum agarsisa kuta xumura ojechu qabdu turtani hundafu oji biratin nufi kota boharsitota fi barsisota kenya sin sin jalana galatoma❤❤❤

  • @Caaladha
    @Caaladha14 күн бұрын

    Uuuuuuuuuuu diramaa hirkoo akka dhabbaatu hin barbaanu itti fufaa maaloo baay'een jaaladha

  • @negeselemma104
    @negeselemma10413 күн бұрын

    Amusing drama in building a generation , thank you all the participant and producer , God be leases you all !!!

  • @bultosalimane98
    @bultosalimane9814 күн бұрын

    wayyoo dhugaa akka malee dheegaan oolee ture garu akanan argee sadarka dhuma yaadaa hawwasati #.Please yoo dandeessan ittii fufa uumatni akka malee isiin jaallata.

  • @gelanemegeresa-nb8xc
    @gelanemegeresa-nb8xc12 күн бұрын

    Wuyi gamataa ❤❤❤❤ tenafekagnal😢

  • @user-zu2vc6ef1i
    @user-zu2vc6ef1i14 күн бұрын

    Tatoota diramaa hirkoo hundii keesaanu galatooma isiin jalana ❤❤❤❤❤🙏

  • @DajaneGonfa-n4l
    @DajaneGonfa-n4l14 күн бұрын

    Hiirkoo baayee sii yaane maalo nuuf kotaa

  • @Firaansis
    @Firaansis14 күн бұрын

    Yaada hawaasaa inni jedhuyyuu mata duree diraamichaa natti fakkaatee ture hanga daqiiqaa 10 hin amannen ture

  • @GemechuTefera-ug7rp
    @GemechuTefera-ug7rp12 күн бұрын

    Maalo maalo sanbani nuti hin tolee mudannoo addaa aniifi maati kiyya isinii qabna inni gaafa isni diraamaa jalqabdan wol fuune isnii bohaaraa turee gaafa xumurtan nutis da,ima godhane.amma baayee nuti dhaga,ame yoom nuu jalqabdu.

  • @user-fu5uo9zz7k
    @user-fu5uo9zz7k14 күн бұрын

    Carraa yaada kennu hin agarne malee heddu jaaldha bar hirkoo

  • @GguFg-rf3rf
    @GguFg-rf3rf14 күн бұрын

    Ammaa gaa in dhumee gaa😢😢😢😢😢❤❤❤

  • @hawwiiintalaatawayidootube9335
    @hawwiiintalaatawayidootube933513 күн бұрын

    Wayyoo hirkoo ni dhumatee moo😘😘

  • @obseeobsee
    @obseeobsee14 күн бұрын

    Welcome my family Diramaa ergaa guddaa qabuudha ittii Fufaa maaloo Ani torbee du'en egaa 😢😢😢😢 Warii hirkoo jaalatan subscribe Naaf goodha❤❤❤❤🎉

  • @Biqila553
    @Biqila55314 күн бұрын

    Dhugaa anisi diraman aka dirama kan jaladhuu qabuu akka itii nuu fufu ❤

  • @user-fv1ko3vq3y
    @user-fv1ko3vq3y14 күн бұрын

    Baay'ee jaalanna harargee ,dirree dhawaa gadi bu'aa yaada fudhaa ykn lakk yaada keenya irratti dabarfannu nuuf maxxansaa

  • @ararsamulisaofficial
    @ararsamulisaofficial13 күн бұрын

    DIRAAMAAN HIRKOO BAAYEE NATTI TOLA, ERGA GUDDAA FI BU'AA GUDDAA HAAWASAA KEENYAAF KAN QABUDHA.

  • @AyubAwelu
    @AyubAwelu14 күн бұрын

    Diraman hir Koo irraa barumssaa guddaan fudhadhee bayyeen isiin jaladhaa

  • @user-ck5fp6fm8f
    @user-ck5fp6fm8f13 күн бұрын

    Ani Badruu Abdallaa Aliyyiitiin ja'ama Hojjataa Waajjira Aadaafi Turizimii Aanaa Xuullootti. Doo'ii Afaan Oromoo kessaa kan akk Hirkoo natti Tole hin agarre. Taatoonni,Yoomeessi,Jaargochi diraamaa Hirkoo nama hawwataa Jabaadhaa.

  • @bontufeyisa
    @bontufeyisa14 күн бұрын

    Maaloo maalif xumurtan Anii gaafuma inistirakter hojii dhiisani gamtaan moo baaddiiyati galun akka isiin dhiftaan shakkee

  • @SalihaHamza-r9m
    @SalihaHamza-r9m11 күн бұрын

    Adaraa addan kutinaa❤❤❤

  • @kkmmmdd3212
    @kkmmmdd321214 күн бұрын

    Akaan Ani isiin jalaadhuu ❤❤❤❤

  • @KaalidMuddin
    @KaalidMuddin13 күн бұрын

    Heddu isi jaalanna jabaadhaa

  • @TekileAlemayehu
    @TekileAlemayehu14 күн бұрын

    We love you ❤

  • @Beertuumatube
    @Beertuumatube13 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TemesgenGudina-ib9pz
    @TemesgenGudina-ib9pz14 күн бұрын

    Maaloo adaraa rabbii dhumuu hin qabu diraamaan kun! Itti fufuu qaba........✍️

  • @ibnuhasan9358
    @ibnuhasan935812 күн бұрын

    Yaadikiyyaa yeroo mara nufhaata'u

  • @gebisafeleke7105
    @gebisafeleke710513 күн бұрын

    Teamin dirmaa hirkoo nuf deebbi'uu qabuu 🎉🎉🎉

  • @EbaMegersa-i9d
    @EbaMegersa-i9d13 күн бұрын

    Inistracterin osoo hin fuudhin sooroma ba,uun nama haarsa!

  • @momihusen
    @momihusen14 күн бұрын

    hundaa keessanuu hedduu isin jaalaanna keessattuu hirkoo garuu taatoo keessan kutaalee oromiyaa hundaa keessa warraa dandattii qaban wol filaa kutaa itti Aanuu daran cimaa kootta ❤❤❤❤❤

  • @NadhiSan
    @NadhiSan14 күн бұрын

    Jabbadha isiin duba jiraa

  • @melkamu-w3l
    @melkamu-w3l14 күн бұрын

    We love Hirko

  • @Teekinooloojii
    @Teekinooloojii13 күн бұрын

    Hirkoon itti fufuu qaba. suusi nutti ta'eera.

  • @anawarekalifa4781
    @anawarekalifa478113 күн бұрын

    Kalesaa nin dhufaa jeyeen egee dhabee Ganaa dhufaa jiruu

  • @AbdursadikHussen
    @AbdursadikHussen14 күн бұрын

    Maloo dhallooni kun ergaa dheeraa hoedofuu ykn ilalluu hin danda.uu.uu wanumaa akkaduraa gababaa erga baredaa off keessaa qabu fidaa

  • @kennakoo8528
    @kennakoo852814 күн бұрын

    Nixumurame jattu ree hinsobdu abbo dafaa jalqabaa kutaa itti aanuu bayeen jaaladha diraama kana Mozambique irrahin daawadha

  • @user-lh8pj2ou9k
    @user-lh8pj2ou9k14 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉jitaa umuriii eraaa🎉🎉🎉🎉❤❤

  • @yusuufjuneeyidi7362
    @yusuufjuneeyidi736214 күн бұрын

    Itti nuuf fuufa sababa keessan Sammun keenya bohara Jira Kessatu warri biyya ormaa jiruu❤❤❤❤

  • @Maammee11
    @Maammee1114 күн бұрын

    Xumuramu hin qabu ture😢❤

  • @OljiraBedasa
    @OljiraBedasa12 күн бұрын

    maaloo yoomiyyuu isin quufuu hin dandeenyuu akkuma maatiitti qophoofnee torbee torbeen isin eeggannaa ,amma garuu tv banachuu na jibisiisa jira adaraa nuuf deebi'aa

  • @EliyasMitiku-v2j
    @EliyasMitiku-v2j14 күн бұрын

    Dhuguma tiyyaa utuu heerumte natti tola ture. Dhugaa

  • @DvgvfhDcycsgg
    @DvgvfhDcycsgg13 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @KulleeAddunyaa-qz9et
    @KulleeAddunyaa-qz9et14 күн бұрын

    Wayyiin dhumee moo😢😢😢.

  • @engidagabissa9871
    @engidagabissa987114 күн бұрын

    I love you ❤

  • @MMusiclibrary
    @MMusiclibrary14 күн бұрын

    Hirko my favourite❤ itti dabalee osoo diraamaan koodee gaddhiifamee jedha gltoomaa.

  • @user-no7hf9nh5i
    @user-no7hf9nh5i14 күн бұрын

    Wath generation 😢malidha diraman haraa kun immoo 😮

  • @Muuzeetube
    @Muuzeetube12 күн бұрын

    Please itti fuufu qaba ❤wan heddu tooluf

  • @WabiBayisa-pk1ju
    @WabiBayisa-pk1ju14 күн бұрын

    Yees hirkoo❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @Fikiru-c4y
    @Fikiru-c4y14 күн бұрын

    Baayyee namati tola isiin hordofa jirraa isaa kana caaluu akkaa fiddaan jennàa

  • @TemesgenGudina-ib9pz
    @TemesgenGudina-ib9pz14 күн бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭 dhugaa rabbiiti itti fufuu qaba diraamaan kun!

  • @RebiraDuguma
    @RebiraDuguma14 күн бұрын

    Bayyeen ittin bohaareera irraas baradheera

  • @sintyegeta3439
    @sintyegeta343914 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤i love Hirkoo

  • @NadhiSan
    @NadhiSan14 күн бұрын

    Hirkoo jechun caarraa hojji dargaggoo kenyati dhiphate kan ifaati bahe mulisa jiru fi hojjin isaa hundii kan dhugan dabalame kan lafa jiruu

  • @muhamedsafi7325
    @muhamedsafi732514 күн бұрын

    Diraamaa yeroo kana keessa 📡📡📡👂👂👂🌱🌱