Qaroo Joobiraa - Faar.Girmaa Kuusaa waliin

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 63

  • @chaltu7733
    @chaltu7733 Жыл бұрын

    Uuuuuffff waqayyoo sii haa Ebbissuu Ameen

  • @mimiyohanis
    @mimiyohanis Жыл бұрын

    Nama gudda nama jalladhuu ebbifamii atii duwwaan ittuu farafatee dhugaa siin gara motumaa waqayyoo nama fidaa gonfoo isaa badhuu🙏🙏👍

  • @jamilajami5653
    @jamilajami5653 Жыл бұрын

    Farfataa bayee jaladhuu fi kabajuu girmaa waqayyoo bara kee Haa ebisuu ebifamii ayanii waqayyo siif Haa dabalamuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @aleetubee8662
    @aleetubee8662 Жыл бұрын

    Jallataamaa namaa waqayoo farfanaa namaa kannaa akkataan jaladhuu gonfoo ulfanaa Sanaa biraan saa ga,uu goftaan cimsee saa dhabuu ammalee❤❤

  • @moonetgutuu1878
    @moonetgutuu18788 ай бұрын

    Yaa jaallatamaa nama waaqayyoo si ha eebbisuu baayyeen farfaanna kee jaalladhaa gonfoo ulfiina argadhuu goofta biraa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-tn2ww1vm1h
    @user-tn2ww1vm1h5 ай бұрын

    Ameen hojjetaa Waaqayyoo Goftaan ati dhugaan siif galee dhugaa kanaan tajaajiltu baraaf jireenya kee haa eebbisu! akkuma faarfannaa kee dubbiin afaan kees jireenya lallaba eebbifami ! Anis guddaan itti eebbifame

  • @abdifeyissa1415
    @abdifeyissa1415Ай бұрын

    Bilchiinnii Farfa Girmaa baayyee cimaadha. Namaa waan amaneettii cichee jiraatu! Namooti baayyeen haymanooti malee Amantii hin qabaan. Girmaan garuu macaafa qulqulluus baayyee akka dubbiisaa jiraatu gaafumaa innii dubbaachuuf afaan isaa banuu waan sammuu isaa keessa guutee jiru jaamaattuu ni mul’aata ❤❤❤❤

  • @Gamaa-yp5zz
    @Gamaa-yp5zz4 ай бұрын

    Girmaa Keenya Jaallatamoo, Waaqayyoo Dabalee Daddabalee Dachaan Si Haa'eebbisu!!! Eebbifamii Hafi!!!

  • @ebbifamiiitijeee5586
    @ebbifamiiitijeee558610 ай бұрын

    Waaqayyoo isiin haa eebbisuuuu Girmaa farfa isaa hin bareedaa

  • @chaltuchimdesa1487
    @chaltuchimdesa148710 ай бұрын

    Ufffffffffeeee akkatan jaaladhu faranna nama kana waaqayyoo barf jireenyakee haa ebbissuu ebbifami waaqayyoo SI haa ebbissuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa266 Жыл бұрын

    Wowowowowowo baga nagaan dhufte mucaa abbaa kooti Ebbifama mucaa waaqayyoo ammas ebbifami maqaa yesuusitin ammas waaqayyoo ogummaarratti ogummaa beekumsa irratti beekumsaa siif haa dabaluu haadhoo koo!!!!!🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🥰🥰❤❤❤❤💒💒💒💒📖📖📖📖📚📚📚📚📚📚📚

  • @bilisummadiriba1830
    @bilisummadiriba1830 Жыл бұрын

    Girmish Baayyee si jaallanna tajaajila keettis baayyee eebbifamna Ammayyuu Ayyaanni waaqayyoo dachaa dachaan sirratti haa baayyatu.

  • @olifanadane5063
    @olifanadane50633 ай бұрын

    100% I share the idea of this faithful Man of God!

  • @tolerafufa4661
    @tolerafufa4661 Жыл бұрын

    Dhugichi siif ifee jira.Ammayyuu gooftaan dabalee siif ha ibsu.Waaqayyo gooftaan bara Kee hundumaa ha eebbisu!!!

  • @ayanto6792
    @ayanto67925 ай бұрын

    Woowwwaa kanuma calatii iji kee hafuraa siif haa banamu farfaanan kee Eergaa bayy'ee namaf dabarsa dhugaa❤️❤️📚📚📖📖✅️✅️✅️🌷🌷🌷🌷

  • @lalichala405
    @lalichala4056 ай бұрын

    Naman baayye jalladhuf girma ❤❤

  • @harbuuoromiyaa2471
    @harbuuoromiyaa2471 Жыл бұрын

    Waaqayyo ammallee sii haa eebbisu!!

  • @senagedarame8274
    @senagedarame8274 Жыл бұрын

    uuuuuuffffffeeee dhugaa bayyee nama gudadha anii bayyee jaladha Yada sa Farfan sa❤

  • @ganttube9036
    @ganttube9036 Жыл бұрын

    Namaa hubanaan waaqayoo keessaa gutee waaqayoo baraa fi jireenyaa kee haa ebbissuu

  • @samikefale
    @samikefale Жыл бұрын

    dhugaa waaqayyoo namoota akkas akksii nuuf dhiyeessaa.fkf addisuu,abdallaa,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,

  • @wiz-4-godtube174
    @wiz-4-godtube174 Жыл бұрын

    Faarfataa Ayyaanni Waaqayyoo irra jiru, Eebba dhalootaa, Waaqayyo bara kee isa hafeef Dachaa Ayyaana isaa siif haa baay'isu!!!

  • @BizuneshGetachew-su7vo
    @BizuneshGetachew-su7voАй бұрын

    Wow girmaako waaqayyo dachaa sihaa eebbisu

  • @mistukanaa9754
    @mistukanaa9754 Жыл бұрын

    Farfataa Girma a kusaa. Farfanaan kee hundii isaa laphee namaa XUQAA GOFTAn baraaf jirenyaa kee gutuu haa ebisuu bro ebifamiii,, 👍👍🙏🙏🙏

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Жыл бұрын

    Ammmmeen Ammmmmmeen waqqayyoo bara jireenyaa keenyaa dachaa dachaan siif haa ebbisuu🙏🙏

  • @ayyantukaachalii4242
    @ayyantukaachalii4242 Жыл бұрын

    Ogesaa namaa Eebufamii Girmaa keenya .

  • @user-jd1ds2mh1s
    @user-jd1ds2mh1s5 ай бұрын

    Guddaadhuumaa si ha ebiissuu.muulanii kee kun hammayyuu sirraa hin fudhaatamiin

  • @bekihanchalu2627
    @bekihanchalu2627 Жыл бұрын

    Girmaa kusaa the great person!

  • @Siifjira1000
    @Siifjira1000 Жыл бұрын

    Waaqayyoo isin haa eebbisuu

  • @fikadubirhanu749
    @fikadubirhanu7495 ай бұрын

    Nama waaqayyoo isaa dhugaadha Girmaan baay'ee ajjabsifama.hamma dhumaati saa dhabuu waaqayyoo

  • @erfaseee3265
    @erfaseee32656 ай бұрын

    Farfataa aniiu baay'e jaladhuu ❤❤❤❤❤❤❤Ayyanii waqayo dachan dachan siif haa dabaluu 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ebbifamiiitijeee5586
    @ebbifamiiitijeee558610 ай бұрын

    Dhugaa waaqayyo si haa eebbisuu Girmaa tajajitooni ijaati namaa darbatuu birri jetaniraati dhugaa baay'ee dhugaa dubbata

  • @BatreAga
    @BatreAgaАй бұрын

    Waqayoo sa ebisuu ❤❤❤

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын

    Wowoowow wowowoowowo girmee jallaattaammmaaaaa namaaa ❤❤❤❤❤❤❤❤ jechaa siif hin dhabee duru farsaa keee baay'eeeeèeeen jallaaadhaaa hasa'an atii goote mo wan dinqiidhaa eebiifamiiiiii eebifamiiiii ammayuuu darbii demii ayyaannii waaqayyoo siif haa dabalamuuuuu love love love love love love love love love love love love love love love love love love love ❤❤❤❤❤

  • @genethailu1168
    @genethailu11683 ай бұрын

    Girmaa Keenya Jaallatamoo, Waaqayyoo Dabalee Daddabalee Dachaan Si Haa'eebbisu!!! Eebbifamii Hafi!!! መልስ

  • @SaraSara-me7uk
    @SaraSara-me7uk Жыл бұрын

    Wawwwuuuu dhugumaa farfanna isaa baayyee dinqidha

  • @user-pv6ft9oj8z
    @user-pv6ft9oj8z2 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤ Girmiyyeeeeeee❤❤❤❤❤

  • @dalaldalal2297
    @dalaldalal22972 ай бұрын

    Waqaayyoo gutuumaa baraa jirnayaa keesaani dachaa haa ebisuu ebifamaa

  • @hawinewarq2125
    @hawinewarq21256 ай бұрын

    Waaqayyo bara kee ha eebbisuu

  • @seenaakeebekii7820
    @seenaakeebekii7820 Жыл бұрын

    Wowowowo Baga naan dhuftaan ebbifamaa

  • @senagedarame8274
    @senagedarame8274 Жыл бұрын

    Ebifama Ebbifamaa ❤

  • @ararsamulisaofficial
    @ararsamulisaofficial Жыл бұрын

    WAAQAYYO ISIN HAA EEBBISU

  • @tigisttigist7842
    @tigisttigist7842 Жыл бұрын

    Kan akkaa faarfatoota yoo hin jiruu

  • @tigisttigist7842
    @tigisttigist7842 Жыл бұрын

    Nama nutti baayyee jaalanuu hangaa harati arginee hin bekuu turee galata waaqayyo ❤❤❤❤

  • @user-gq2hb5ey3t
    @user-gq2hb5ey3tАй бұрын

    Ameeeen Ebbiifamaa❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @esholekorsa9465
    @esholekorsa94657 ай бұрын

    Jallatamaa koo ❤ebbifama dachaa

  • @kefyalewfikiru8479

    @kefyalewfikiru8479

    5 ай бұрын

    waaqayyo jireenyakee haa eebbisu. farfannaakeetu gara waaqatti nama fidee keessaa 1 dha

  • @adamugudina4555
    @adamugudina4555 Жыл бұрын

    eebiifama lamaan keessanu

  • @BachaKitesaD
    @BachaKitesaD Жыл бұрын

    Girma Kuusaa Nama guddaa keenya.

  • @garumakelbesa151
    @garumakelbesa1516 ай бұрын

    Utuu faarfattoonni hundinuu akkakee kana hubatanii faarfatanii akkam gaariidha! Ati garuu bara baraan eebbifami

  • @diboram-ss1we
    @diboram-ss1we Жыл бұрын

    Girma koo wqyo baraaf jireenya kee haa ebbisuu

  • @almaztwsfa6903
    @almaztwsfa6903 Жыл бұрын

    Waqayyo dabale dabale baraa Kee haa ebbisuu,ayyaani sif haa baay'etu ❤❤❤❤❤

  • @lidiyaafufaa4098
    @lidiyaafufaa4098 Жыл бұрын

    Goftaa sin aebisuu bayyee irraa baradhee gudaa ebifamaa

  • @WABITUBEno
    @WABITUBEno Жыл бұрын

    wow farafataa baayee jalanuf kabajanu farafata girma kusaa ebifami hadhoo koo Ammalee Mee maalo farafata Aqinow dhimaa nu fidaa mo'a tuv🥰🥰🥰🥰🙏🙏

  • @yonaschali6637
    @yonaschali6637 Жыл бұрын

    nama ani baay'ee jaalladhu. eebbifami

  • @abdiijiraata7809
    @abdiijiraata7809 Жыл бұрын

    wowowww gooftaan guddaa sinaa eebbisuu♥️♥️🙏🙏

  • @thikiesthikies9086
    @thikiesthikies9086 Жыл бұрын

    Uuuuuuuufeeee ilili ilili ilili ilili ilili ilili waqayyoo barafii jirenyaa kee haa ebisuu hadhookoo ayanichii kan calaa siratii haa dhagalawuu hadhookoo ebifamii farfanakee dhagefadhee hin qufuu bayyee itti ebifamaa dhugaa waqayyoo hadhookoo ameeni ameeni ameeni ameeni 🎻🎻🎻🎻🎻🎷🎷🎷🎷📖📖📖📖🙏🙏🙏🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙌🙌🙌💕💕💕💕🤲🤲🤲🤲🤲👏👏👏👏👏👏👏🙌🙌🙌🙌🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️

  • @shelemafayisa6290
    @shelemafayisa6290 Жыл бұрын

    Thank you Far. Girma

  • @senagedarame
    @senagedarame4 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @lidacall6542
    @lidacall65426 ай бұрын

    ❤❤❤

  • @hawwikenoo1507
    @hawwikenoo15072 ай бұрын

    ❤❤🎉🎉🎉

  • @tigisttigist7842
    @tigisttigist7842 Жыл бұрын

    Girma koii ❤❤❤❤❤

  • @olikabelay5878
    @olikabelay58785 ай бұрын

    "Tajaajilli naamusa malee dubbing miti,..."!🙄 Anis akkasittin si beeka! Waaqayyo hamma dhumaatti ayyaana kana dabalee siif haa kennu!

  • @mebatmebat6305
    @mebatmebat6305 Жыл бұрын

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Келесі