Kabaa Fidoo - Waraanni Na Marsee

Пікірлер: 22

  • @girmakuma3650
    @girmakuma3650 Жыл бұрын

    Kabaa fidoo waaqayyumti jireenya Kee haa eebbisu Akka faarfannaan Kee jireenya koo eebbisutti. Ati faarfataa Duriiti. Isa boruutis. Isa kaleessaatis. Yeroon faarfannaa Kee dhageeffadhu waan hunduma koo keessaa ba'een network waaqayyo faana walitti hidhadha. Imimmaan koo Akka bokka yandoo roobutti lolaasaan faarfannaa Kee Isa duris Isa ammas dhageeffadha. Dur yeroon xiqqoo ture faarfannaan Kee Akkan daandii sirri irra deemuuf sababa gudda naaf taheen kuno har'a bakkan Yeroo Sana yaadeen jira. Hallelujah

  • @AsterSelbana-ly4sb
    @AsterSelbana-ly4sb3 ай бұрын

    Waaqayyoo sii haa eebbisuu !!!!!

  • @ehetefita9665
    @ehetefita9665 Жыл бұрын

    eebbifami kbaa kenya ❤💚❤🙏

  • @naolkena108
    @naolkena108 Жыл бұрын

    Jaallatamaako sin jaalladha. Guyyaa tokko qaamaan wal agarree Akka waa hojjennu Abdii guddaan qaba. Waaqayyo nu haa gargaaru. Eebbifamaako jabaa an jaalladhu

  • @MEZMURCHANEL
    @MEZMURCHANEL3 жыл бұрын

    Baay'een si jaalladha.Eebbifami jechuuf eebbifamteetta galatoomi Kabaako. You are my hero singer in this generation.

  • @mergoyonas
    @mergoyonas3 жыл бұрын

    Galatoomi nama Waaqayyoo Nama Ollaa koo

  • @gemachutesfayeofficial7790
    @gemachutesfayeofficial7790 Жыл бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Maasii kotu sanyii dhugee Gaddii onnee koo xuqe

  • @malkaaabbaayaadaa3889
    @malkaaabbaayaadaa38892 жыл бұрын

    Nuu jiraadhu Kabaakeenyaa baayyee sijaallanna!.#Eebbifami!.

  • @shumefikadu8332
    @shumefikadu83323 жыл бұрын

    Ati nama addaati umurii quufii jiraadhuu

  • @tsegayegerbamilki4499
    @tsegayegerbamilki44993 жыл бұрын

    Jiraadhu Kaba waaqayyo siyaaeebbisu

  • @aragusori5021
    @aragusori50213 жыл бұрын

    Ebbifamii nama jallatama ayyanisa sif haa bayyatu dabaalee

  • @yobiteme7217
    @yobiteme72173 жыл бұрын

    waaqayyoo si haa eebbisu

  • @debimedia9974
    @debimedia99743 жыл бұрын

    kabaa atti bar goota. baga naagaan dhufte hamma kana immoo hin fagatiin!

  • @gemachutesfayeofficial7790
    @gemachutesfayeofficial77902 жыл бұрын

    Ammen

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta69402 жыл бұрын

    Dachaan ebbifamii qalii moo 💚❤💚❤💚💚❤❤❤❤

  • @yonasmisganu455
    @yonasmisganu4553 жыл бұрын

    much grace!

  • @falmatawami6405
    @falmatawami64053 жыл бұрын

    Eebbifamii nama gooftaa!!!❤❤

  • @lamu2210
    @lamu22103 жыл бұрын

    My God bless you Kabaa Fidoo

  • @visiontubecb6813
    @visiontubecb68133 жыл бұрын

    kormi orma in baroda yesus kan dalla kenya in adda bekatu wada dige mada fayyetu dhigee uuu dafi kotuu yesus EBIFAMi

  • @senaabaqalasenaabaqala7491
    @senaabaqalasenaabaqala74912 жыл бұрын

    Ameen ebbifami🙏🙏🙏🙏

  • @lemessahunduma7994
    @lemessahunduma79943 жыл бұрын

    Ameen

  • @jacobamsalu9910
    @jacobamsalu99103 жыл бұрын

    Galatoomi!!