Guta Teklu - ati qooda koo dha

#SUBSCRIBE #LIKE #SHARE
Ati qooda koodha kan annaaf kennamte
Gahee tokkicha koo xoofoo hiixatamte
Eebbi sasaabamee yesus maqaa kee irraa
Guutummaan gammachuu situ keessa koo jiraa
Nagaa waliinan jiraadha
Fayyaa waliinan jiraadha
Jireenya isaa irraan hirmaadha
Eebba waliinan jiraadha
Yesus si waliinn jiraadha(3x)
Ati maaddii qopheessite of naa laattee na quuufsite
Gaarrummaa kee arjummaa kee na duukaa buuste araarake
Uleen keetiif dhaabbanni kee na jajabeessu na hirkisu
Hamma dhumma biyya lafaatti na waliin turu na gaggeessu
Mukti arbuu ija kennu yoo dhaabe lalisu
Ejersis yoo gogee maasiin midhaan baasuu
Hoolonni goorantoodhaa saawwi dallaa guutuu
Yoo argamuu baate ijaan kan mul’atu
Boqonnaa guutuun, gammachuu guutuun,
Jira harka kee irra, yoomuu hin hir’atu
Yesus sidha Olaantummaa kan na irratti qabu, Seexanni iddoo hin qabuu

Пікірлер: 3

  • @duggy2114
    @duggy2114 Жыл бұрын

    Guutaa ati eebba sabakeeti!! Waaqayyo si haa eebbisu guddaa!!

  • @LetaKefena
    @LetaKefena Жыл бұрын

    May God bless you Guta koo. Yesus nuuf qooda keenya dha. Qooda nuuf kenname dha. Eebbifami!

  • @lalisatamene
    @lalisatamene Жыл бұрын

    stay blesed