Kabaa Fidoo - Ammayyuu Abdiin Jiraa

Пікірлер: 52

  • @kabaafidoo4967
    @kabaafidoo49673 жыл бұрын

    Waaqayyoo isa Sagalee Abdii Macaafa Iziraa keessan Saba isaatiif Faarfannaa Keennuuf Ulfinni Hundumtuu Isaaf Haata'u...! [Izira 10:2]

  • @moaalemayehu3696

    @moaalemayehu3696

    3 жыл бұрын

    Waaqayyo siif maatiikee dachaa dachaa haa eebbisu. Ayyaana isaa ammayyuu siif haa dabalu!! Faarfannaa kee kanaan guddaa eebbifameera!

  • @EebbaaTOlii
    @EebbaaTOlii2 жыл бұрын

    Eeebbifami nama Waaqayyoo!

  • @faituuwaariqu4105
    @faituuwaariqu4105 Жыл бұрын

    Uuuuuffffeee ameeeeni ameeeeni ameeeeni ameeeeni ameeeeni ameeeeni ameeeeni ameeeeni eebbifamaa namaa waaqayyoo ❤❤❤

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p Жыл бұрын

    Ameeen ameeeeeeeenn 🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa 📘📗📚

  • @beshofekdu3333
    @beshofekdu3333 Жыл бұрын

    Ameen ebifama waqayo si haa ebisu

  • @alemayehunegeri160
    @alemayehunegeri1602 жыл бұрын

    Eebbifami oboleessaa ko. Quufuu hin dandeenye farffannaa kana.

  • @lalisebulti9510
    @lalisebulti9510 Жыл бұрын

    Ameeen nama waqayoo Ebbifaama

  • @tamasgeengoofaree8235
    @tamasgeengoofaree8235 Жыл бұрын

    Eebbifami na waaqaa

  • @kabaafidoo4967
    @kabaafidoo49673 жыл бұрын

    Book of Ezra 10 : 2 Share Subscribe & Forward for Others...

  • @halwahalwa5448
    @halwahalwa54482 жыл бұрын

    Thanks

  • @lemidosa3309
    @lemidosa33093 жыл бұрын

    Ebbifami Kabaakoo nama Waaqayyo. Inni si gargaare, si tajaajilee akka ati immoo isaaf sabasaa tajaajiltu si geesisse barbaraan ha eebbifamu!

  • @Mimi-nn4hj
    @Mimi-nn4hj3 жыл бұрын

    Ebbifama

  • @simalegeda2015
    @simalegeda20153 ай бұрын

    May God bless you

  • @yollayolla2748
    @yollayolla27483 жыл бұрын

    Eebbifami

  • @BachaKitesaD
    @BachaKitesaD3 жыл бұрын

    Eeebifami Kabaa keenya. Sagalee nama jajjabeessu yeroo muddamaati.. Umrii fi nagaa siif haa laatu waaqayyoon abbaan

  • @lovelovertube507
    @lovelovertube507 Жыл бұрын

    eebbifamaa🙏elelelelelelelee

  • @mosisadibamegersa3099
    @mosisadibamegersa3099 Жыл бұрын

    God bless you 🤠

  • @messengerofjesus-sw9yp
    @messengerofjesus-sw9yp Жыл бұрын

    Amen

  • @gospelsingerabdibedassaoff244
    @gospelsingerabdibedassaoff2443 жыл бұрын

    Haaleluyyaa! Ammayyuu dhugaadha abdiin jira. Hangafa Faarfattoota Oromoo, Kabaa Fidoo, Waaqayyo si haa eebbisu.

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta69402 жыл бұрын

    Ebbifamii qalii koo

  • @gadisaassefa1782
    @gadisaassefa17823 жыл бұрын

    Kabaako dhugaa ammayyu ayyaannisaa sirraa beekamaa eebbifami dachaa dachaadhaan

  • @abdetatesgera9514
    @abdetatesgera9514 Жыл бұрын

    Ebifami yesus koo elililili

  • @abdetatesgera9514

    @abdetatesgera9514

    Жыл бұрын

    💕💕💕

  • @maranatatube5165
    @maranatatube51653 жыл бұрын

    Nama guddaa Waaqayyo nuuf kaasee dha ati Abbaa Keenyan Kabaa koo ammayyuu waan guddaa sirraa eegna ! Waaqayyo inni jechoota jajjaboo kanaan si guute haa eebbifamu !

  • @kabaafidoo4967

    @kabaafidoo4967

    3 жыл бұрын

    Ulfaadhaa,Galatoomaa Hundumtuu..Kadhannaa keessaniin Hojii Waaqayyoo kana Atoomsaa..!

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa20942 жыл бұрын

    Nuuf jiraadhu nama Waaqayyoo MAATII Naaf ta'i

  • @yafetyegetalijicom4644
    @yafetyegetalijicom46443 жыл бұрын

    Amen Amen Amen ebifam Ayaani gofitaa siif haa bayatuu bagaa gofitani lubuu kee fi lubuu maati bararee

  • @mitikuzeleke5767
    @mitikuzeleke57673 жыл бұрын

    uuuuuuuuuuuuuuuuufffffffffffffffeeeeeeeeee Kabaakoo umurii dheerahu farfannaan kee jireenya koo ijaareera!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @kenessajirata1886
    @kenessajirata18863 жыл бұрын

    Nama Waaqayyoo Waaqayyo si haa eebbisu Ammayyuu Abdiin jira Waaqayyoon bira

  • @ephremdeseaofficial163
    @ephremdeseaofficial1633 жыл бұрын

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏ergaa addaati

  • @feyisaaga2136
    @feyisaaga21363 жыл бұрын

    Waaqayyo dachaan si haa eebbisu!!!

  • @kabaafidoo4967

    @kabaafidoo4967

    3 жыл бұрын

    Ameen haadhooko atillee akkaa Qaama Kootis Qaama kiristoositts Na Atoomsiteettaa Olfaadhu..!

  • @user-zv1yb4nb2x
    @user-zv1yb4nb2x3 жыл бұрын

    Ameen haleluya waqayoo abbaan koo si'aa ebisuu bara baraf jirenyaa kee

  • @aragusori5021
    @aragusori50213 жыл бұрын

    Ufffeeee Ameeeen ebbifamii ebbifama kenyaa Ammayyuu abdiin jiraa waqaayyoo biraa❤❤❤

  • @gannatwarii7900
    @gannatwarii79003 жыл бұрын

    Uuuuuufffffee ameeeeeen ammmeen ebifami

  • @jakobm1468
    @jakobm14683 жыл бұрын

    Baga Waaqayyo Si gargaare Kabaakoo

  • @martayoutube801
    @martayoutube8013 жыл бұрын

    Ammeen ebifami dacha

  • @booni7034
    @booni70343 жыл бұрын

    Ebbifama dhugaa bayyen sin jaladha🙏❤❤

  • @ehetefita9665
    @ehetefita9665 Жыл бұрын

    Amen amen amen ilililililil 👏👏👏❤💚❤

  • @onesmoseliyas5467
    @onesmoseliyas54673 жыл бұрын

    Ameen ebifamii kanaa nama waqayyoo

  • @natinaeleshetu764
    @natinaeleshetu7642 жыл бұрын

    Yaa nama Waaqayyo bayyen si jaladha. Farfana kee harbun jalota late kan koo hin ole kan jedhu esan argadha?? Pls naf himaa

  • @fekadufayisa4946
    @fekadufayisa49463 жыл бұрын

    Baga nagaan dhuftee Kabaa 👏👏👏

  • @gutagadis323
    @gutagadis3233 жыл бұрын

    Waawuuu eebbifami kabaakoo

  • @lemessahunduma7994
    @lemessahunduma79943 жыл бұрын

    Ameen ebifaami

  • @almaztafa2563
    @almaztafa25633 жыл бұрын

    አሜን እግዚአብሔር ይባርክህ ኢየሱስ ያድናል

  • @telilagutema6102
    @telilagutema61023 жыл бұрын

    Dachaan eebbifami Kabaako!!! Ameeeeeeeeeen!!!!!❤️❤️❤️

  • @kabaafidoo4967

    @kabaafidoo4967

    3 жыл бұрын

    Galatoomi haadhooko..! Hiriyoota hundumaaf Share Godhiif...!

  • @simalegeda2015

    @simalegeda2015

    3 ай бұрын

    Nuf jiraadhuu nama waaqayyooo

  • @lemesatefera4956
    @lemesatefera49563 жыл бұрын

    Eebbiifam

  • @yollayolla2748
    @yollayolla27483 жыл бұрын

    Ameeeeeen