ForX Entertainment Media: Qophii Addaa: "Dubrummaa fi Bultii"

Ойын-сауық

ForX Entertainment Media: Qophii Addaa: "Dubrummaa fi Bultii"

Пікірлер: 372

  • @Kaliil995
    @Kaliil9958 ай бұрын

    Bara 2023 kana akka har'aa koflee hin beeku baay'ee nama buhaarsitu jabaadhaa❤👌

  • @juneydialiyi7177
    @juneydialiyi71778 ай бұрын

    Wly Heddu takka das jattan heddu takka Nu boharsiitan ittii Nuf Fuffaa jabaadha ❤💚❤💯💯

  • @MaameeIsoro
    @MaameeIsoro8 ай бұрын

    Dhugaa hedduu isini bohare jabaadha

  • @MuntazarHuseen-fs5dt
    @MuntazarHuseen-fs5dt8 ай бұрын

    Mashaa aallah caarran hedduu namaa kolfiisisa hedduu gaalatooma dhugaa baay'ee isiin jalaannaa

  • @user-pr3jy2uo2b
    @user-pr3jy2uo2b8 ай бұрын

    Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ani kijibuurra yoon hin qabaanne hin qabuun jedha yoon qabaadhee hin qabaan jedha

  • @RobsanTajudin-lh9dx
    @RobsanTajudin-lh9dx8 ай бұрын

    ❤❤❤ jolee biyaa kotii heduu nu bonsaa jirtan nuf jabadhaa asuu badhee calee biraa isee heduu heduun isin jaladhaa qaqaliwan

  • @MusxafaAbdalla-qd1qc
    @MusxafaAbdalla-qd1qc8 ай бұрын

    Deebi faallaa jecha isa sirriii debiseen dabarte akkamiti jetani ana naaf galu dide Garu qoosan maasha Allah Maasha Allah nuf jiradha

  • @jamaalshemustefa3744
    @jamaalshemustefa37448 ай бұрын

    Maashaa Allah qophiin keessan baay.ee baay.ee nama tola jabdahaa nu buharsaa .nu bashanansiisa jirtan galatoomaa

  • @user-lx1ps4rb6e
    @user-lx1ps4rb6e8 ай бұрын

    Gafii wahee sirba kana dara lamafa nashida nugu godha pls😢❤

  • @alimaadam1368
    @alimaadam13688 ай бұрын

    Wowow masha Allah tabarakhallah dhugaa rabbii baay'ee miidhaagduu istlye uffaana kessani hasofni kessaani qoosa dammaa caalati mi'aa'uu❤❤❤ Ergaa fi bohaartii guddaa qaba Kan dhabaatani kana oso tartiibaan tessani yero gaarii ta'ee yero gaarii dhabaatan hasaawuun bareeda jedhe yaada . Mee style ebc amaraha kan qophii bashaanaana hojjatu sanis irraa waa fudhaa wan muraasaa

  • @daughteroftheking3220
    @daughteroftheking32208 ай бұрын

    Oromokoo jabadhaa Oromumma karaa media gudisaaa❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74198 ай бұрын

    Garuu dhiifama Namoomaa!!!! Eegumsii jiruu Beekumsii Beekumsii jibbaa nurraa

  • @user-ow1ev9ik7e
    @user-ow1ev9ik7e8 ай бұрын

    Maasha Alha umurii Rabbii isin haa dheeressu❤❤❤❤

  • @nimatmuusaa-wr8oz
    @nimatmuusaa-wr8oz8 ай бұрын

    Pls nurra hin fagaatina maloo bulti 13faa kessanitti dhuftaani leesh

  • @user-lx1ps4rb6e
    @user-lx1ps4rb6e8 ай бұрын

    www hedu isini jaladha wly torbetii haga debufii jarjara❤❤❤❤❤

  • @AbdunaasirSufiyaan-rh7qb
    @AbdunaasirSufiyaan-rh7qb8 ай бұрын

    Jabadha dhugadha ati akamiti beyta dardara yotate

  • @Jabuoroking
    @Jabuoroking8 ай бұрын

    Asuu atuu sii jaalala dhugaa isaaf qabate ittii hin kijibtuuu anii akkaa isaaq je'ee naf taatiii galatoomaaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @bareketesfaye3832
    @bareketesfaye38328 ай бұрын

    baayee namatti tolaa halummaa kanaan itti nuuf fufaa yisaaqii baayee itti hin tolee haraa maalii taatte ummataf deebisi akka torbee duratti miti 😍😍😍😍😍🥰🥰🥰

  • @AmanaddeenAmanaddeen
    @AmanaddeenAmanaddeen2 ай бұрын

    ❤❤❤Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah

  • @urijibarisaa7720
    @urijibarisaa77208 ай бұрын

    Yanii biraa fi isaqii siridhaa dubirumaa ratii❤❤❤❤

  • @snaapsnaap659
    @snaapsnaap6598 ай бұрын

    Wow masha alha akkatii itti nu fufii

  • @shureymiahmad8196
    @shureymiahmad81968 ай бұрын

    Wow heedduu bareeddan

  • @nimatmuusaa-wr8oz
    @nimatmuusaa-wr8oz8 ай бұрын

    Gaffi dubrumaffi cidha ana kan dhihesse dhugaa akka har,a na kolfiisiistani hin beektan kessahuu dhaqeen awwala uuuuuu maloo gara ko

  • @NebilJemal-jz3xh
    @NebilJemal-jz3xh8 ай бұрын

    Sagantaan keessan baay'ee namatti tola jabaadhaa

  • @user-rp2px7vw8o
    @user-rp2px7vw8o8 ай бұрын

    dhuga garaa nudhukubsiita jabadha garru itii nuf fufaa

  • @user-mz2ir9dy1e
    @user-mz2ir9dy1e8 ай бұрын

    Way numa bareedan walaay yero akkanati tapahata❤❤❤❤❤❤❤

  • @jamilanaser4693
    @jamilanaser46938 ай бұрын

    Woyyo garakoo loqoda jimmakiyya❤

  • @Abdiiusmaan-gs8iv
    @Abdiiusmaan-gs8iv8 ай бұрын

    Nama takka si jalati atis ni jaalata garu wari sani sin hin feedha tujaran si fedhan mal gota

  • @user-gq8od2in6k
    @user-gq8od2in6k5 ай бұрын

    Masha Allah ijole biyya tiyya jabadha

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu57808 ай бұрын

    welcome ijoo kenyaa

  • @oromootiyya9142
    @oromootiyya91428 ай бұрын

    Bayyee namaatti toltuu janaadhu❤❤❤❤

  • @Yaarabiisumaairkoonkoo
    @Yaarabiisumaairkoonkoo8 ай бұрын

    Numaa kolfee ree numaa kolfee😂😂😂😂😂 jabadhaa

  • @sammartube7523
    @sammartube75238 ай бұрын

    Qoppin keessan heddu namattii tola ❤❤❤ haaluma Kanaan itti fufa💚💯💚💯

  • @stargallery2283
    @stargallery22838 ай бұрын

    Wow jabadha hojii gariidha

  • @taibataiba832
    @taibataiba8328 ай бұрын

    Dhugaa himanii bakka ittii namaa tii dhitee bullanii jedhanii Oromoo kanafuu Dhugaa himuu woyyaa akka yadda kiyatii ❤😂

  • @RiyadNaasir-jg7ih
    @RiyadNaasir-jg7ih7 ай бұрын

    Wow amazing forx I love you 😍 ❤️ 💗 💕 💖 😘

  • @Jamiila275
    @Jamiila2758 ай бұрын

    Mashaaa Allah Tabarkaala ijoollee babareeduu jabaadha❤❤❤❤❤❤❤jabaadha❤is

  • @user-ow1ev9ik7e
    @user-ow1ev9ik7e8 ай бұрын

    Walahi qophii akkaan baayyee jaaladha❤❤

  • @AdinanAbdu-jo1pr
    @AdinanAbdu-jo1pr8 ай бұрын

    Sagalee bineensotaa jibbitan barreesaa ja'iin please calaan akka itti yuusu ni laala

  • @arjuuneshow1130

    @arjuuneshow1130

    8 ай бұрын

    Dhugaa gaaffin Kuni naf tahe garuu siifin sirreessa gaaffii kana Maqaa bineensoota barreessaa achiin booda reactionan ykn gochaan ha ibsan ibsan

  • @finfinneeorobx
    @finfinneeorobx8 ай бұрын

    Faaradha qophii teessan irraa wanti hedduu na jibbisiisuu afaan oromooti afaan biraa dabaltani haasa'uu

  • @muniioro1574
    @muniioro15748 ай бұрын

    Mashaa alh ❤❤❤❤❤heduu baredaa🎉🎉

  • @gurmeesahasan3825
    @gurmeesahasan38258 ай бұрын

    Baga nagan dhuftee 🎉🎉❤❤ bayee isin enee

  • @sofiaasfaw7234
    @sofiaasfaw72348 ай бұрын

    😀😀hin daribinee duba debie baayee nuu goharsaa jirtan jabadhaa !!!🙏😍😍❤️💜🙏

  • @turinamahadi7646
    @turinamahadi76468 ай бұрын

    Wooow bayyee namaa tollaa jabadhaa 😂👌

  • @jamelashako6219
    @jamelashako62198 ай бұрын

    Baayee namat toltuu isiin shanan wow❤❤❤❤

  • @ammeeqawweeammeeqawwee1621
    @ammeeqawweeammeeqawwee16218 ай бұрын

    ❤❤bagaa ngyan dhuftaan ❤❤

  • @seenaadhugaaentertainment1257
    @seenaadhugaaentertainment12578 ай бұрын

    Yadaa garii barumsii keesssaan""""🩵

  • @tabarotube8296
    @tabarotube82968 ай бұрын

    Gaafi 1 jaarti te isi hotel dhiira wajjin qabatte yo agarte akkam goota heddu jalalttan dhabun dandeysu 2 intala Aayyada teeti ta harma takka walin luuydan yo jalala si gaafatte akkam gota 3 Oso haati ilman 8 dhufte na fuudhi ykn sin ajjeesisisa jatte akkam gota haadha qabenyati isin jala bahun dandeysu 4 jaalallen te yo kalee gurgurte iPhone si bitte irra fudhatta😅

  • @user-dh3vx8bo4q
    @user-dh3vx8bo4q8 ай бұрын

    Baga nagha dhuftani jajabadha👍

  • @oromiatube1588
    @oromiatube15888 ай бұрын

    Yoon dhugaan si jaaladhee onne qulqulluu sif qabadhee haqaa sitti himeetin si wajjin demaa dubruma osoon hin qabne nin qaba je’ee sitti hin kijibuu

  • @murtesaawel6018
    @murtesaawel60188 ай бұрын

    Wow forx i love it!❤❤❤🙏🙏🙏

  • @user-uh1yr7ro6u
    @user-uh1yr7ro6u8 ай бұрын

    Bayee garidha

  • @YahyaSeid-ol4lg
    @YahyaSeid-ol4lg8 ай бұрын

    Gaafii kana nagaafadhuu Namaa sadii turee saden keessaa 1.bishaan daakuu beekaa 1.mukaa koorudhaa 1.tokko humaa hinbekuu bahaara keessaa mukaa takkaa jiraa mukaa saan gubbaa intaala jiraa intaaltii Maal jatten kaa bahara kana keessaa nabase nafuudhaa jatten Enyuu furataa akkaamii fudhataa

  • @samirsufiyan
    @samirsufiyan8 ай бұрын

    Wow Heddu koflan dunee wallahi 😂😂😂😂😂😂Jabadhaa😂😂Barumsaa gudaa jiraa askesaa❤❤

  • @user-ir6le5xl1m
    @user-ir6le5xl1m8 ай бұрын

    Jajabadha masha alha

  • @user-zu6rj4ev9i
    @user-zu6rj4ev9i8 ай бұрын

    mashallah garuu salamata jedha egaala sin muslimaa bareddudha hardha wal jela wacanii bas😂😂😂😂😂😂kolfaan garaan na dhukkubde😂😂😂😂

  • @Mmn-bp2lo
    @Mmn-bp2lo8 ай бұрын

    Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah tabarakala jabadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @nasihajemal7275
    @nasihajemal72758 ай бұрын

    Gafii tana naf gafadhuu asuu qashtii jartii tee tahee galgala yeroon rafuu bayeen hursaa olan hudii ni dhagaya rafuu dandenyee akam nagota je’ii naf gafadhuu

  • @OliyaadMahammad-zt2rs
    @OliyaadMahammad-zt2rs8 ай бұрын

    Jabadhaa oromoo too

  • @user-sj1bs2mt7u
    @user-sj1bs2mt7u8 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤masha allah heddu namatti toltan❤❤

  • @nazefsltan6638
    @nazefsltan66382 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤ oromifi jimman akam namara bareda jimaa ko ❤❤❤❤

  • @mameabrahim454
    @mameabrahim4548 ай бұрын

    wow hbb ko qaliii

  • @missmoriyom8852
    @missmoriyom88528 ай бұрын

    😅😅😅😅😅😅😅😅😅wolumaa galtii midhuu hnqabu ❤❤❤❤❤ jabaadhaaa

  • @user-sk4ll3qj5c
    @user-sk4ll3qj5c8 ай бұрын

    Jabadha❤❤❤❤❤

  • @user-lw4xh7on5t
    @user-lw4xh7on5t7 ай бұрын

    Mashallaa mashallaa tabarakalayi itii fufaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @RoRo-nq9pb
    @RoRo-nq9pb8 ай бұрын

    Isheen kijibuun sirii mitii😂😂😂😂😂😂😂

  • @fattafatima6076
    @fattafatima60767 ай бұрын

    Maasha Allaah jabadhaa

  • @ZubeydaM
    @ZubeydaM8 ай бұрын

    Baay'ee namatti tola ❤❤❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74198 ай бұрын

    ❤❤Eegumsaa hoo?

  • @hwuwgjahah4490
    @hwuwgjahah44908 ай бұрын

    Ba.yee.Namaatii.Toltuu.jabadhaa. Jajabeewaan❤😅🎉🎉🎉

  • @user-xe6cd4iy7i
    @user-xe6cd4iy7i8 ай бұрын

    Bagaa ngy dhuftan🎉❤❤😊

  • @BakkalchaAliyi
    @BakkalchaAliyi5 ай бұрын

    Masha Allah 💗 💗

  • @KemsK-ri1ox
    @KemsK-ri1ox8 ай бұрын

    Wow baayyee Nama bashannansiiftuu qaqqallota keenya Haalli Asuun ittiin qopheessitu baayyee namatti tola jabaadhu jabduu teenya ati Naman an baayyee dinqisiiffadhuu fi jaalladhuudha! Gaaffilee kanneen akkan gaaffattun barbaada 1 Ani fi ati jaalalleedhaa baayyee wal jaallanaa osoo jaalalaan wajjiin jirruu namni ati baayyee dinqisiiffattuu fi jaallattu tokko biyya fagorraa sibiraa dhufee akkan najaalatuuf ana fuuchuu Akka barbaaduuf atimoo Akka Isa gargaartu gaafa si gaafate akkam goota? 2 Anaaf ati jaalalaan wal faana turree , Akka aadaa oromootti na fuuchuuf jaarsa ergattee ( Akka aadaa oromootti milkii laallachuu waan jedhantu jiraa ) jaarsonni ati ergatte milkiin gonkumaa Akka siif hin taaneef dirqama na dhiisuu Akka qabdu gaafa sitti himan akkam na goota?

  • @abseebakri4130
    @abseebakri41308 ай бұрын

    Isiin jalalana ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-zy5rv9bn6f
    @user-zy5rv9bn6f7 ай бұрын

    Das jataa badhoo

  • @aliimahammad7609
    @aliimahammad76098 ай бұрын

    Masha 💖 💖 Allah Masha Allah Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sabboonaa.Abraahimoo

    @sabboonaa.Abraahimoo

    8 ай бұрын

    Wow

  • @sabboonaa.Abraahimoo

    @sabboonaa.Abraahimoo

    8 ай бұрын

    😢

  • @sabboonaa.Abraahimoo

    @sabboonaa.Abraahimoo

    8 ай бұрын

    😢

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia58338 ай бұрын

    Birraan ejjannoo jabduudha qaba dhugaa jedhees

  • @naoojimmitiijimmaa5909
    @naoojimmitiijimmaa59098 ай бұрын

    🤣akkaa sheriaan jedhuti bulluu qabaa kanafuu yoo isiin durbumaa dhabde maatiiti deebisuu qaba😊

  • @shabaanobadrii3659
    @shabaanobadrii36598 ай бұрын

    Heduu tatakaa natti tolee

  • @halimaibrahim7119
    @halimaibrahim71198 ай бұрын

    Masahllah

  • @KkKk-to9df
    @KkKk-to9df8 ай бұрын

    Masha allah Masha allah Masha allah ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-my1bi3ql4d
    @user-my1bi3ql4d8 ай бұрын

    Qoophin keessan bareedadha garuu hoggu tokko hasayu ka duuba osoo jala hasayu bate gaaridha

  • @Jamiila275
    @Jamiila2758 ай бұрын

    😅😅😅😅😅Eeee kolfee Walaayii yaa rabbii kiyya

  • @alimaadam1368
    @alimaadam13688 ай бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🥰 kolfan dhumnee Nuf jiraadha woggaa kumaa

  • @user-zx4yg4tl5r
    @user-zx4yg4tl5r8 ай бұрын

    Mashllaaaa ❤❤❤❤❤Mashllaaaa ❤❤❤❤❤❤❤❤Mashllaaaa ❤❤❤❤❤Mashllaaaa

  • @user-vf5zd1wv5p
    @user-vf5zd1wv5p8 ай бұрын

    Masha Alh huduu nagamachiftan

  • @CALTUUABDALAA
    @CALTUUABDALAA8 ай бұрын

    Mashaa Allah ❤❤❤

  • @user-hf2xp8um1q
    @user-hf2xp8um1q8 ай бұрын

    Baaye natitole 😅😅😅❤

  • @madinamohd8946
    @madinamohd89468 ай бұрын

    Well come back ❤

  • @gfg8865
    @gfg88658 ай бұрын

    Gohattu nama jeeqa

  • @user-gf6qb1ki4e
    @user-gf6qb1ki4e8 ай бұрын

    ❤❤Bagaa Nagaan dhuftaan jabadhaa isn jaladhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @user-jr3vm6kk8k
    @user-jr3vm6kk8k8 ай бұрын

    Mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah 😂😂❤❤❤❤❤❤❤

  • @madeiaalhousani2294
    @madeiaalhousani22948 ай бұрын

    Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha ❤❤❤❤❤

  • @user-zl6zf6jj1d

    @user-zl6zf6jj1d

    8 ай бұрын

    Badhoon jaarttii ni qaba

  • @FiromsaIbraahim
    @FiromsaIbraahim8 ай бұрын

    Gafi 2.dhalan taka sidhufte sinjaladha yosin jete ta afan waliti beyne atii afan oromo isin English male beynee siftate akamitii wali galtan

  • @MaammeeShow-du6qt
    @MaammeeShow-du6qt5 ай бұрын

    Waaaw jollee bashaasha baye namatti toltu jabaadha❤❤❤❤❤🎉

  • @momon4956
    @momon49568 ай бұрын

    Masha Allah 🥰🥰🥰

  • @koketidhugaa706
    @koketidhugaa7068 ай бұрын

    Pls nibareedaa nurraa hin tursiisinaa

  • @trytyrhu8331
    @trytyrhu83318 ай бұрын

    Mashaa Allah❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 Oromoo koo jabadhas❤❤❤❤❤❤❤ I Love

  • @user-eh1ig1yr3t
    @user-eh1ig1yr3t8 ай бұрын

    Dhiigaf jiranna nuti huddinu dhirri😮😮😅😂

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74198 ай бұрын

    ❤Comedian Cimdui For X Entertainment aswrwb Qaamni beekuu Qaama eeguu dhaqqabaa Osoo amirrii Ija hubannee aarii mirgii Dallawaa Madaalliin Jaalaalaa Dubbisuuf lubbugzx ijjis waraanaaf gurruma Dubrummaafi bakka ittii dhiigaan❤ akka nama eeguttii malee bakkaa ❤❤❤❤❤❤beeknuti sobaa galtee on Sunday Haadha goototaa hawaasaa gurriis Eegumsaa

Келесі