Anaan dhabanii obboleessa koo ajjeesan/Daagim Mokonnin - Weellisaa duraanii - Keessummaa Mo'aa

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 52

  • @bachakebede8553
    @bachakebede855311 күн бұрын

    maatii mo'aa eebbifamaa keessattuu ef . Namaa seenaa baay'ee irraa baranudha. bagaa nuf jiraate dagi

  • @user-dg8ms3vv6h
    @user-dg8ms3vv6h20 күн бұрын

    Bagaa Jireenyaa Barabaraattiii dhufteee

  • @LaliseBalayine
    @LaliseBalayine19 күн бұрын

    Uuuffffeee yesus koo Gaalani guddaan sif haa ta'uu❤❤❤ Dagim keenyaa waaqayyoo baraf jirreenyaa keessan haa Eebbisuu Eebbifamma umurrii dheeradhaa yesus isa sin jallate sin wammeef ulfinnii haa ta'uu Ameen baga Gammadani❤❤

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa138419 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢 uuuffeeee Yaadinal iyesus Bagaa gooftakee argatee bagas fayyitee haadhokooo wowowowowowowowwo Baay'een Gammadee❤

  • @user-hl9wq6rk4s
    @user-hl9wq6rk4s19 күн бұрын

    Wow wow ijoolle Daagim waaqayyo gara ofii isaatti waammateee ilililiiiiiii galat kee gooftaa koo.yaa isa cubbuu namaa nama irraa dhiqxee kan kee nama godhattu😢❤❤❤

  • @BikilaT
    @BikilaT19 күн бұрын

    What a moving testimony! May the Lord you have chosen to follow grant you strength and bless you abundantly. Kudos to Mo'aa TV for bringing this to light.

  • @tsigehunde9458
    @tsigehunde945819 күн бұрын

    wow congratulations baga gara ifa dhugaa dhufte kelole keenyaa

  • @rundasegebeyehu979
    @rundasegebeyehu97918 күн бұрын

    Waaqayyo yoo nama jaalate akkasi! Inni Daagim ofitti fudhate, nama ani gara malee jaaladhu kan aarsaa nuuf kaffalaa turan kan akka artist Hirphaa, Daawitee... Jireenya baraa baraa isa nuun abdachiifamne keessaa qooda akka qabaatan hawwii kooti!

  • @user-ln8qv4bc1g
    @user-ln8qv4bc1g20 күн бұрын

    Wwwowwo baaga gaamadanii congratulations namati tolaa dhugaa ebifaamaa dachaa ulfaadhaa hojii bonsaa ❤❤❤❤❤❤Mo, aa TV

  • @Holtube1212
    @Holtube121220 күн бұрын

    Wow congratulations Baga gara ifa dhugaa nagaan dhufte daagoo Yesus Baga dukkana keessaa si baafate

  • @abbaa8712
    @abbaa871214 күн бұрын

    Love this from Norway

  • @Sbadas7358
    @Sbadas735818 күн бұрын

    Uuuuffeeee❤❤❤❤❤ Waaqayyoof haa galatu kadhataaf hawwiikoo guddaa ture amanuunsaa! Galata kee yaa Waaqayyoo

  • @kiyyaahassan7139
    @kiyyaahassan713919 күн бұрын

    Ishoo daagii koo baga gooftaan dhukkuba kee irraas sifayyise 🙏 bagas gooftaan dukkana sana keessaas gara ifaatti Sibaase 🙏 Jabaadhu Ayyaanasaa siif haa baayyisu🙏 Efaa Ulffaadhu atis Namuma jaallannu nuuf affeertee💐💚

  • @user-gq2hb5ey3t
    @user-gq2hb5ey3t19 күн бұрын

    Ilililililililiilili Wow galaata waaqayyoo bagaa nagaan gara jireenya bara baraattii dhuftaanii Ililililililililiilili galaata.kee yesus.koo attii gudaadha wan huduumarratti❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @user-ho1ib3yq5t
    @user-ho1ib3yq5t19 күн бұрын

    Million Lijaamu jedhama abbaan farfanna bagaa waaqayyoo garaa kee goreeeeee inni barefammee siriidha rawwaachaas jiraaaaaaaa Hallee luyyaaaaaa ililililililililili

  • @YerusBetel
    @YerusBetel19 күн бұрын

    Waan kana hundaaf ulfinnif fii galati barabaraan kan gooftaa keenya fayyissa keenya kiristoos iyyesuus..... Amen ❤❤❤❤❤❤

  • @johntalila9854
    @johntalila985419 күн бұрын

    Dhugaa Dubbachuf baay'ee nama gadisiisas nama ajaa'ibas seena jabadha #Daagi waaqayyoo umrii sif kennef Galaanni hatahuu jabaadhu ammas lafati baridha har'a iyyuu

  • @amanuelzarihun226
    @amanuelzarihun22619 күн бұрын

    Baguma Waaqayyo gara mootummaa ilma isaa isa dinqisiisaatti si waame Obboleessakoo!

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk113015 күн бұрын

    Uuuuuufffeeee galani waaqayyoof haata'u ❤

  • @garumaabdisa8764
    @garumaabdisa876419 күн бұрын

    Ani gammachuu hammana hin jedhamnen gammade. Ani waa'ee isaa yaadee utuu fayyee jedhee beeka. Kana biraan nama bakka wangeelaatti dhalatee guddate dha. Murtoon kun 100% Waaqayyo biraatu. Baga Waaqayyo sigargaaree gara Isaatti si deebifate. Yeroon FB irraa arge dhugaa natti hin fakkaanne. Warra biroo addunyaa walfakkaataa keessa jiraniifis fakkeenya ta'a. Galannisaa guutuun kan Waaqayyoo haa ta'u. Ameen !!

  • @BalayTadase
    @BalayTadase17 күн бұрын

    Garuu waanti baayee dinqiisefaadhe warri nama araabsaan Amanatiin. Isaani essaa akka dhufaan essaarraa akka dhufaan ilaaludha

  • @MedaksaAbitishibiro
    @MedaksaAbitishibiro19 күн бұрын

    Bayee namatii tolaa waqayoo isiin Haa ebbisuu artistonii hafanisii garaa goftaa yesusitii Haa dhufan

  • @solomon5376
    @solomon537614 күн бұрын

    Baga gooftaan si gargaare.

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa138419 күн бұрын

    Jaabbdhuu umurrii siif haa dabaluu wowow dhugaa galgalaa keessa eebifamtee Dagii keenyaa ❤❤

  • @user-rw2mm8xf2r
    @user-rw2mm8xf2r19 күн бұрын

    Waaqayyoo bagaa sii gargaare Efirem atis eebbifami

  • @obsinemekonnenofficial8419
    @obsinemekonnenofficial841920 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤my gad beless you more & more

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk113015 күн бұрын

    Maatii mo'aa TV waaqayyoo isin haa eebbisu ❤

  • @Biyana-lp9if
    @Biyana-lp9if20 күн бұрын

    Baga lubbuun jiraattee kana dhugaa baate!

  • @user-fs2wc4ct2l
    @user-fs2wc4ct2l18 күн бұрын

    Uuf akkam namati tolaa dhugaa bagaa Waaqayyoo sii gargaare daggim kenya

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa138419 күн бұрын

    Efi keenyaa atis jaabdhuu ❤❤ eebifamiii

  • @wakgarileta4859
    @wakgarileta485919 күн бұрын

    ANAAFIS SEENAA KO WALIIN WALIQABATA BAGA GOOFTAAN SI GARGAAREE EBBIFAMI

  • @user-yb3ub8bq1e
    @user-yb3ub8bq1e17 күн бұрын

    bagaa waqayyoo isin gargare

  • @maseretasefaa753
    @maseretasefaa75318 күн бұрын

    ❤❤🎉🎉amennnn❤❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉

  • @BekanAlemayehu-bj8zq
    @BekanAlemayehu-bj8zq17 күн бұрын

    Kiirollee keenyaa

  • @alexokelb2254
    @alexokelb225420 күн бұрын

    Waaqayyo ulfina haa fudhatu

  • @Amanuelbelina
    @Amanuelbelina20 күн бұрын

    kabajamaa namaa milkaa'i waqayyo baga ifaatti si fidaate

  • @johntalila9854
    @johntalila985419 күн бұрын

    Filannoo Tolte @Daagii ayyanna isaaf sif haa Baayisuu

  • @burkag1763
    @burkag176314 күн бұрын

    KIILOLEE ❤❤ SI EEGGANNA FAARFANNAAN 💕🙏

  • @user-sm8bw3xs4b
    @user-sm8bw3xs4b18 күн бұрын

    Mana kee galgalaa bagaa tolfaatee isaa calluu

  • @WXY7007
    @WXY700712 күн бұрын

    WOW❤❤❤❤❤

  • @kingcell4953
    @kingcell495320 күн бұрын

    Jibef sabaa oromo hchuchn armle bfgedrtee jieraa garu amtokoo sryajieraa oromon jarbirti walalf gowadss ture

  • @kingcell4953
    @kingcell495320 күн бұрын

    Hrumree gal jichuu yiom disann dofuni samuu dudaa

  • @matiigeneti7400
    @matiigeneti740019 күн бұрын

    wel come

  • @bachamulatu9617
    @bachamulatu961720 күн бұрын

    Waaqayyo baga si argate obboleessa keenyaa. Silas isa malee firri dhugaan eessa jira?

  • @matiigeneti7400
    @matiigeneti740019 күн бұрын

    yesus gooftaadha........................maraanaataa

  • @girmamulugeta8598
    @girmamulugeta859816 күн бұрын

    እንካን አመለጥክ

  • @wellawella7764
    @wellawella776420 күн бұрын

    ❤❤❤❤

  • @demetura5227
    @demetura522719 күн бұрын

    Baaye nama gadisisaa

  • @abdifeyissa1415
    @abdifeyissa141520 күн бұрын

    Daagiim M Bagaa Waaqayyoo sii gargaaree murteeffaatte! Baayyee barfaattee wallagaatti dhalaattee gurraa cuqqaallattee taa’aa baate jechuudha malee wangeelli dhalaachuun kee duraayyuu lafaa sanarraatti lallabaama ture. Any way bagaa dhuftee! Maaliif garuu turning point kee nuttii hin dubbaanne ati? Namnii kamuu gooftaa yesuusiitti amanuuf ykn dhugeeffachuuf karaa mataa isaa qaba. Gazeexesiichii ganaa isaa hafaa daqiiqaa 40 guutuu waa’ee jireenyaa isaa moofaa innuu jibbaa jiraatee dulloomee callisee taa’ee gaafatta. This is wrong. Gaxeesessan tokkoo dursee irraatti qopha’aa amma duraa interview inni kennaa turee hundaa caqaauu qabda turte. Yaadoota amma gaggafaacha turtee Hagas maraa barbaachisaa hin turree, ofumaa keef high light laatte darbuu sirraa ture. Gara dhimmoo ijoo gidduu kana innii cuubameetti. Anii gaaffiin siif qabuu abbaa qopheessa sagantaa kana. Ijoon ykn goal sagaantaa keeti maalii? Qophii oduu duriitiimo, qophii wal baruutii moo? Qophii mataa fi millaa hin qabneeti?? Yeroo baayyee siin hordoofa garuu sagantaan qophii Ichimaa jaalalaa isaa dur radion darbuu fakkaata. Pls foyyeeassi tv keessan kunii kan hafuuraa irraatti waan xiyyeeffatuu nattii fakkaata. Kanaaf kallaattiiman dhimmaa amantaa ittii amantaanii sanaan wal qabsiisaa. Dhumaa irraatti qabxii barbaachiisuutti gaafaa dhufuu ni xumuraame namaa gaddiisiisa. Anii silaa ganaa gaafataan se’ee eessattii, haala akkamii keessatti Goofta yesuusiin gara jireenya keetti fudhaattee ittii amantee jedhaa jedheen eegaa ture. Innii isaa dhiisee waa’ee Eebbisaa isaa wayyaaneen ajjeestee duudaa fi jaamaanu beeka gaafata! Waldaa kamiitti cuubamtee? Baruumsaa duukaa bu’uunsaa eessatti baraattee? Amma waldaa kam deemta jettee gaafachuu qabdaa turte. Degmoo yeroo gaaffii gaafattuu akkaa dhiiraatti sagalee kee ol kaasii bareechii gaafaadhuu ijaa hin laafiin! Daagiim ammayyuu baraachuu qabaa hafuuraaniis guddaachuu qaba, innoo ammayyuu xobbee fakkaata farfaannaan ”Wallee’moo maal jedhuu isaayyuu isaa dhagaheen amanee jedhaa maqaa namaa farfaateellee hin beekuu artiistii durii tahee! Pls haa kadhaannuu, akkasumaas warrii ittii dhihoo jiraattaniis macaafa qulqulluu akka innii dubbusuu baruus godhaa. Galatoomaa ❤❤

  • @kingcell4953
    @kingcell495320 күн бұрын

    amgruu mtsnyieraa gdbneraa oromon eductidaa kdtuu kadaa mgkfinfine duftee oromo kbe shetoo theit ygzl jiete mtsniraa gdjaneraa hara mlbsanyi

  • @olyaadwarqinaatube
    @olyaadwarqinaatube13 күн бұрын

    Eebbifamaa efri Mee faarfannaa kana ilaali yoo isinitti tole mo'aa iraatti saba afeeri kzread.info/dash/bejne/iGyCmsujl8XXZZs.htmlsi=NJrgd7DJrvZd5uaz

Келесі