Yeroo maatii :Diraamaa Gabaabaa fi Gorsa Ogeessaa xiin-sammuu

Jechoonni nuti ijoollee keenya irratti dubbannuu egeree isaanii ni murteessa. Ni dandeessa jennaan danda’anii argamu Diraamaa gabaabaa fi gorsa Ogeessa Xiin-sammuu Dr. Abbabaa Nageessoo

Пікірлер: 3

  • @user-hl9wq6rk4s
    @user-hl9wq6rk4s5 ай бұрын

    Barnoota guddaa of keessaa qaba jabaadhaa❤❤

  • @user-bm6gl6xw3h
    @user-bm6gl6xw3h5 ай бұрын

    Namatii tola jabaadha❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdurahmanobsa9500
    @abdurahmanobsa95002 ай бұрын

    Jabadhaa❤❤❤