Diraamaa Leetoo Maatii OBN Gaammee

Chaanaaliin OBN Gaammee sagantaalee dhiheessu keessaa Diraamaan Leetoo Maatii isa tokko. Ayyaana Iid-Al Fixri bara 2016 sababeeffachuunis diraamaa mata-dureen isaa ‘Mul’ata Dhugoome’ jedhu qindeessuun jabaa isiniin jenneerra. Ergaan Diraamaa kanaa, daa’imman mul’ata ijoollummaan qaban dhugoomsuuf cichanii, xiiqiin yoo barnootasaanii itti fufan milkeeffachuu akka dandahan kan agarsiisudha. Diraamaa kanaan booharaa, barnoota guddaa akka argattanis abdanna. Hordoftoota amantaa Islaamaa maraaf Ayyaana Gaarii!

Пікірлер: 2

  • @MelalaYusuf-jq6nx
    @MelalaYusuf-jq6nxАй бұрын

    ObngaammeeJabadhaa

  • @belayenshbacha3303
    @belayenshbacha330321 күн бұрын

    ❤❤❤❤😂😂😂🎉🎉🎉