Taatedhan Ajaa'ibsiiso 6 kaleessa agarre 🙆

Ойын-сауық

Пікірлер: 78

  • @HamidMamee
    @HamidMameeАй бұрын

    Biyyi teenya nugusummaan dhunfatamtee bar Ammaas nuti keenyumaatu keenya ajjeesa Kabajaa Aangoo malee kabajaan ummataa biyya keenya keessa hinjiru

  • @habibahabiba1969
    @habibahabiba1969Ай бұрын

    Baayye shaga dha❤❤❤❤

  • @user-vs8be9gs2y
    @user-vs8be9gs2yАй бұрын

    Mashallh heddu nama gammachissa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @fatumamohammad9064
    @fatumamohammad9064Ай бұрын

    Qeerroo ajaa'ibaati kunniin . keeysaahuu respect poolisoonni ummataaf Kennan hedduu nama dinqisiisa. Sila biyya keenya taatee rasaasaan lafatti dachasu 😢 Mootummaan biyyattiis nama aqlii qabu. Wolii galan alaa galan jedhan . congratulations qeerroon keeniyaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-eo9il4lu8c
    @user-eo9il4lu8cАй бұрын

    Abdu,jiradhuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419Ай бұрын

    ❤❤ Beekumsii Eegumsaa Yaadan ka'umsii Abduu As wrwrwb ajaa'iba baga Gammaddaan Eegumsaan

  • @makiyahaji2923
    @makiyahaji2923Ай бұрын

    Wollaahi baay'ee namagammaachiisaas baay'ee nama Ajaaibsiisaas. Biyyii guddaatee homa huundaan guddaatee poolisifii ummaani akkanattii wajjiin demaa wol gargaraa Rakkoo wolii woliif beekaa maalqaba osoo biyyii keenyalee akkastaatee. Keena bulchiisa irraa haanga poolisiittii ummaata dhiiga namaa jiskuttii amanu waan dimookraasii jedhu Gurraa fi Affaaniin qofa beekuu sammuun hiin beekani diimookraasiin Akkam akkatahee ittii hiin amanaan wolqixummaa. Osoo ummani kuun keenyata'ee kuundu'aan kuun hidhaan woliittii guraan yoona Dhugaa Rabbii osoo lammii biyyaa sanita'ee jechuu nama feesisaa Rabbiin biyyaateenyalee biyyaa irraa baratuu haataasisuu.inshaa Allaah.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419Ай бұрын

    ❤ yaadaafi Qalbiinis Santuu Seeraa araaraa Yaarabbii Biyyaa itoophiyaa Aanttummaa Hawasaa ofii argituu/arginuu nuuf haatasisuu amiiiiiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiin lafti nagayaa Biyyii nagaha Ulfinaa!!!!

  • @user-qj5om4uh3i
    @user-qj5om4uh3iАй бұрын

    Oromiyyaa 🤝😢😢😢

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419Ай бұрын

    ❤EEGUMSAA Nageenyaan Baga walumaan galatoomii hayyuu Mootummaan baga gammmaaddan Ummaatan Ummannis qabeenyaa Eegumsaa M/M congratulation ilkaan

  • @uaess9428
    @uaess9428Ай бұрын

    Waaw keenya osoo ta'ee diroonin rukuta abiyyi nurraa yaa kaasu rabbiin mallas kaase

  • @oliifmedia850
    @oliifmedia850Ай бұрын

    Welcome sanyii 🎉

  • @OBSINAANOROARSII-rl3rb
    @OBSINAANOROARSII-rl3rbАй бұрын

    Ummanii kennaa tokko tahee hin falmatuu wol jalaa harcaa'aa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @bilisumaahajjjelan7963
    @bilisumaahajjjelan7963Ай бұрын

    Dhugaa.keetii ❤💚❤💚❤💚 Abdu💚❤💚❤💯💯👍✅

  • @fileebardachaasaa8988
    @fileebardachaasaa8988Ай бұрын

    Odeeffannoo gaarii si biraa, argachaa jirra nuuf, jabaadhu.

  • @birtukantolasagirma5175
    @birtukantolasagirma5175Ай бұрын

    Waqqayyo Nu Yaa yaadatuu

  • @bilisumaahajjjelan7963
    @bilisumaahajjjelan7963Ай бұрын

    Welcome ❤ 💚 Abdu ❤💚😁👋👍✅

  • @Oromiyaa-jp7rn
    @Oromiyaa-jp7rnАй бұрын

    Hinafan waf nu gote abdi❤❤❤❤

  • @haadhajaafar
    @haadhajaafarАй бұрын

    Walahi biyyati tana oso lami issi tane jene hawine rabbin biyya kenas akkati nuuf haa bilisomsuu galatomi obelesa kenaa ❤

  • @user-qq6nc5gv2p
    @user-qq6nc5gv2pАй бұрын

    Masha Allah bagaa rabbii isin gargare❤🎉🎉🎉 Ethiopia 🇪🇹 kanaraa halalatan politics tatuu motumaas ta'uu kan ummaataa ofii nyataanu isaan hanyaatu ☝😢

  • @user-iw4oc6ho3v
    @user-iw4oc6ho3vАй бұрын

    Zalimtooni biyaa kenaa sununi imumaa arganimi waan kanaa

  • @user-lz9on8tr7w
    @user-lz9on8tr7wАй бұрын

    Osoo Biyyaa kenyaa Tatee Ummataa Barlamaa Cabasee seene dhisii isaa Hiriraa bahee Sanuu Dironin Fixaa dhugaa keessatuu Ammaa gizee Abiyii bulchaa jiruu kaana 😢😢😢

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150Ай бұрын

    Thank you Abdii 🎉🎉🎉🎉

  • @naseemasaif1945
    @naseemasaif1945Ай бұрын

    Kenyaa manaa kesatiyuu woli hingaluuu😢😢😢

  • @user-xx2pb6un1g
    @user-xx2pb6un1gАй бұрын

    Abdiii warqiii koo❤❤❤ jabdhuu love yeroo hundumaa

  • @user-lp2sg8bn8i
    @user-lp2sg8bn8iАй бұрын

    Thank you to show us such amazing things!

  • @tamiimaabulloo6460
    @tamiimaabulloo6460Ай бұрын

    Rabbiin biyya teenyas akkana nuuf haa godhu inshaallaah bi'iznillaah ☝️😢

  • @taajirahamanur8240
    @taajirahamanur8240Ай бұрын

    Oromoo ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kemalhussein2532
    @kemalhussein2532Ай бұрын

    Congratulations kenya

  • @kemalhussein2532
    @kemalhussein2532Ай бұрын

    Qerroo oromoo waa"ee nairobi kana sirritii hordofaa

  • @NunnuNunnu-of9bv
    @NunnuNunnu-of9bvАй бұрын

    Waan ajaiba dhuga

  • @abdulfatah8205
    @abdulfatah8205Ай бұрын

    Kenya 🇰🇪 biyaa Ajaa ibaa tiiy

  • @MikiyMikiy-vh2wj
    @MikiyMikiy-vh2wj17 күн бұрын

    Nuuf jiradhu abdii kenya

  • @Umarsaed119
    @Umarsaed119Ай бұрын

    Tokkummaa uummatas qofaa miti Qaruutee ta'u hoggansaati

  • @user-uc2px1df3h
    @user-uc2px1df3hАй бұрын

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @mohammedtussa4847
    @mohammedtussa4847Ай бұрын

    Viva Kenya qeroof qareen

  • @Shukrimohamed716
    @Shukrimohamed716Ай бұрын

    ummani kenya belawadha garamale hin bekani

  • @user-et8zn5fu3o
    @user-et8zn5fu3oАй бұрын

    Well come

  • @you___man
    @you___manАй бұрын

    First arra Ana tokkofadha❤😂😊

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833Ай бұрын

    Waan aja'ibsiisadha

  • @Shukrimohamed716
    @Shukrimohamed716Ай бұрын

    ummatatu takkumma qabaq

  • @Hamzuushekoo128
    @Hamzuushekoo128Ай бұрын

    ❤❤❤good

  • @Hamzuushekoo128
    @Hamzuushekoo128Ай бұрын

    Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin wswrwb

  • @tamemahabdullah2425
    @tamemahabdullah2425Ай бұрын

    Oso kenaa tatee nama meqatuu dhumaa iuf

  • @kemalhussein2532
    @kemalhussein2532Ай бұрын

    Osso biyyaa keenya tatee maal ta"a waliin beeka

  • @kareemhashem5391
    @kareemhashem5391Ай бұрын

    Dhugaa barumsa guddaa qaba

  • @redwolf1552
    @redwolf1552Ай бұрын

    Mootuman biyyi Keenna kursii isaa male ummatarraa hajaa hin qabu keesahu motummaan nanno oromiya

  • @user-gz5eh6ne7l
    @user-gz5eh6ne7lАй бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @Shukrimohamed716
    @Shukrimohamed716Ай бұрын

    abdi mobail obbolessa kiyya mee skkami siarkadh you tub kiyyatu narra cufame me fesbook ke maqan enyu

  • @kemalhussein2532
    @kemalhussein2532Ай бұрын

    Ethiopian police learning from kenya

  • @AlemyouTube-cf9lp
    @AlemyouTube-cf9lpАй бұрын

    ❤❤❤

  • @user-yy5re7ei4f
    @user-yy5re7ei4fАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Hshshsh-r6z
    @Hshshsh-r6zАй бұрын

    ❤❤❤❤

  • @FatxiyaaCissee
    @FatxiyaaCisseeАй бұрын

    ❤❤❤❤🎉🎉

  • @bestebeste2053
    @bestebeste2053Ай бұрын

    🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️

  • @SkyQq-zl4yp
    @SkyQq-zl4ypАй бұрын

    adaraa telegramin akkamin banama Nadide Naaf himi mee

  • @user-le1hg3xd2l
    @user-le1hg3xd2lАй бұрын

    Kun biyya barumsa qabduudha biyya bekaan bulishufi biyya jalidessi nama fakkatu akka biyya kenya tokko miti

  • @SkyQq-zl4yp
    @SkyQq-zl4ypАй бұрын

    As wr wb

  • @AliOle-b9j
    @AliOle-b9jАй бұрын

    Aswrbr.Abdu miidiyaan afaan keenya dubbatu kun maaf dawwatamuu dhabe?

  • @oliifmedia850
    @oliifmedia850Ай бұрын

    Tokkoffaan ana maatii naaf tahaa

  • @Halima-rd7zl
    @Halima-rd7zlАй бұрын

    Baga nayyatani🥰😂

  • @diga5
    @diga5Ай бұрын

    Abdul ❤❤❤🎉🎉

  • @boonaoromiya
    @boonaoromiyaАй бұрын

    kun biyya dimok raasiin keessatti dagaage abdu biyya keenya keessattimo faala kana abbaa hirreetu dagaage ajaaibaa lama dubbii nama dhibu jedhe ustaaz raayaan

  • @CaffeeHajii
    @CaffeeHajiiАй бұрын

    Gurban soraa qallbi jau fb isaa amas itti debie jira video kee asira buse fb isaara gessa jira kaa

  • @user-gh5ie6sp1d
    @user-gh5ie6sp1dАй бұрын

    🎉🎉🎉

  • @user-wl2rb5se9n
    @user-wl2rb5se9nАй бұрын

    Safaricom nijiraa ichii???

  • @radiyaahusen8072
    @radiyaahusen8072Ай бұрын

    As wr wb akkam jirtaa mee

  • @oromiyaabiyyakoo2260
    @oromiyaabiyyakoo2260Ай бұрын

    🎉🎉🎉🎉

  • @user-ki3gl1ti8s
    @user-ki3gl1ti8sАй бұрын

    Kun beekadha bar

  • @user-kx5hh9wj9c
    @user-kx5hh9wj9cАй бұрын

    💪💪💪💪💪💪

  • @SkyQq-zl4yp
    @SkyQq-zl4ypАй бұрын

    mee lakkofsa kee as jala kaai

  • @user-kg4ku1bi3y
    @user-kg4ku1bi3yАй бұрын

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @zeynabaabdulahi2477
    @zeynabaabdulahi2477Ай бұрын

    Oromon issan chaltii hatuu Oromo warra garadhaf bulee nu dhibee

  • @ahmedamin9577
    @ahmedamin9577Ай бұрын

    ኢትዮጵያ ውስጥ አመት በዓል ለማክበር በተሰበሰባው ሕዝብ ላይ በሕሌኮፕተር ሁሉ ሳይቀር የጭፍጨፋ እርምጃ ይወስዳል

  • @ghssjshhdbdndj2506
    @ghssjshhdbdndj2506Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @NAN-cs9yq9yl4m
    @NAN-cs9yq9yl4mАй бұрын

    ❤❤❤

Келесі