Soninaf Adem Boorataa booree _2021

Ойын-сауық

#ethiopiamusic#oromomusic#sonadhugatube

Пікірлер: 1 800

  • @Rediademtube
    @Rediademtube4 жыл бұрын

    Wow sirba torbee kana sin jedhe :- qabson ittii fufa

  • @harmeetiyyaa

    @harmeetiyyaa

    4 жыл бұрын

    😭😭😭😭

  • @samesame1163

    @samesame1163

    3 жыл бұрын

    👍👍👍👍👍👍🤲🤲🤲🤲🤲🤲🐅🐅🐅🐅😍😍😍😍😍

  • @saidawel3853

    @saidawel3853

    3 жыл бұрын

    Hubbii

  • @muktaarbaalee8726

    @muktaarbaalee8726

    Жыл бұрын

    ❤❤😍💘💝💖💔❣💟💕💞💓💗🤎💜💙💚💛🧡❤✋✋✋🖐🖐🤙👈

  • @SurprisedChicken-nu8yq

    @SurprisedChicken-nu8yq

    Ай бұрын

    🎉

  • @SONINAF_ADEM
    @SONINAF_ADEM4 жыл бұрын

    Galatoomaa qomoo koo ! Bilisummaadhan wal nu haa agarsiisu!!

  • @aaishabintbino1458

    @aaishabintbino1458

    4 жыл бұрын

    😍😍

  • @adgyadg4993

    @adgyadg4993

    4 жыл бұрын

    Abshir lencaakoo

  • @siifaaniobseejaweri4487

    @siifaaniobseejaweri4487

    4 жыл бұрын

    Ishaala soniyee koo

  • @badriitube8375

    @badriitube8375

    4 жыл бұрын

    Àààmiiiiiiiiiin Àààmiiiiiiiiiin Àààmiiiiiiiiiin Àààmiiiiiiiiiin Àààmiiiiiiiiiin Àààmiiiiiiiiiin

  • @islam.nw.hiwotejanet.nw.me7317

    @islam.nw.hiwotejanet.nw.me7317

    4 жыл бұрын

    Amiin bro koo.rabbiin nu'aa.bilisomsuu kenyaa du'aa qofa taatee maloo.garuu yarabbiikoo😭😭😭😭😭

  • @abebedame3243
    @abebedame32433 жыл бұрын

    UUUUFFFFFFIIIIIIII JABAAA KOO............... SI dhageeffadhee sii quufuun dadhabeem ..... yaa doddotaa gammojjii dhakaraan si doyatee yaa jiboolee abbaa kootii alagaaatu foyatee abshir mirgi keetumaa gafaa jettuun jabadheem anis jabaakoo ..I am from bahir day university.....

  • @genetkoji5475
    @genetkoji54753 жыл бұрын

    I can’t get enough of listening all of your music leence koo May the lord protect you!

  • @aayatethiopia5959
    @aayatethiopia59593 жыл бұрын

    Abshiir mirgii keetuma jiboo boorata garaa boorata boore basuu sumaafi garaan naa araa 😭😭😭 yaa oromoo wellisitoota oromoo lafaa dhufaa haa jajaabesiin nuuf jiraadhu qaalii keenyaa 💕💕💕💕💚❤💚

  • @ObsaTechno
    @ObsaTechno4 жыл бұрын

    Hiriyaan kiyya Soninaf Dhuga yeroo hamaa kana keessa sirba haala yeroo waliin wal qabatu kan ergaa guddaa if keessaa qabu nu biraan gahuu keetiif galata guddaa qabda. Soninaf sirba kana isin biraan gahuuf itti hidhamee reebamee rakkoo cimaa keessa dabree isin biraan gahe, kana anaa fi warra isa waliin tureetu beekha. mee sirba isaa kana hundi keessanuu KZread channel isaa kan (soninaf dhuga) jedhu keessa seenaa "Like" Share godhaaf. KZread irratti yoo video "Like"👍 gootan videon san namoota baayyee bira gaha, namoota baayyee bira yoo gaheef isaafiis bu'aa guddaa qaba, kanaafuu hundi keenyaahu "Like share godhuun haa jajjabeesinu ! Galatoomaa #Aartii_afaan_oroomoo_haa_guddifnu Obsa Techno irraa

  • @MonaMona-zj8fy

    @MonaMona-zj8fy

    4 жыл бұрын

    Obsa kenaa attisi gotaa kenaa gaalta gudaa qabdaa nufi jiraadhu saabona sabba jaabadhu rabbin sii haa gaargaru jaajabe koo ❤️💚❤️👌👌👌💪💪💪💪💪💪

  • @sinboanbasa8260

    @sinboanbasa8260

    4 жыл бұрын

    Obsaa ati echati badee you tube iraa moo you tube duraa jijirtee ergaa biyaa galtee🤔

  • @umardhalootaaqubee6744

    @umardhalootaaqubee6744

    3 жыл бұрын

    Bonni bonaa kennaa nubonsitee

  • @hambisetaaddase7362

    @hambisetaaddase7362

    3 жыл бұрын

    Galatoomii atilee obsa techno

  • @aneksbalee2670

    @aneksbalee2670

    3 жыл бұрын

  • @ganateganete7877
    @ganateganete78774 жыл бұрын

    Baaye si jaaladha saanyi waaqo guutii👏👏👍👍👌👌👌💘💘💘💘💘

  • @bayisajibrilbosbos4212
    @bayisajibrilbosbos42124 жыл бұрын

    Galtomii lencaa inumaa dhufaa guyan gamachun lamikoo yaa oromo koo♥♥♥

  • @pogba6660
    @pogba66604 жыл бұрын

    Jiradhuu sanyii lencaa hedduu namatti tolaa jabadhu habaa haccee

  • @user-wp5gl1ko5r
    @user-wp5gl1ko5r4 жыл бұрын

    Dhageefadhe qufuu dadhabe❤💚❤ imimman kenyaa galanaa itti haa ta'uu alaga

  • @user-hx8dw1dx3e
    @user-hx8dw1dx3e3 жыл бұрын

    ልብ ይነካል ሙዚቃው ባይገባኝም በብሄር አማራ ነኝ ማንም ብሄር አይሙት አይሰቃይ እላለሁ ሰላሙን ያምጣልን😭 ለብሄር ብሄረሰቦች ፍቅር ያምጣልን ሰይጣንን ያጥፋልን አሜን❤🙏😣

  • @kedjaabe564

    @kedjaabe564

    9 ай бұрын

    thank you for your deep comment on this music. we all need peaceful existance without one hurting anyone else.

  • @eyuelworku2775

    @eyuelworku2775

    6 ай бұрын

  • @bireedinqaa904
    @bireedinqaa9044 жыл бұрын

    Soninaaf kodeee koo jajabee koo sirbii kee onee koo na xuqee jabaa koo sanyii gafarsaa itti mudii damaa koo 💞💞💞💪💪💪👈

  • @sorartube5032
    @sorartube50324 жыл бұрын

    #Soninaf Adam music Kee nuu bobessee 😭😭😭😭👍 Jaabadhuu jabaa koo Qalii

  • @yesmin653
    @yesmin6534 жыл бұрын

    Jabaadhuu bareeda a ko haftee haacee jiraadhu of eggadhu adaraa😭😭😭🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @kindlegg6077

    @kindlegg6077

    3 жыл бұрын

    BBS

  • @mu.az.abdulqadirtube5656
    @mu.az.abdulqadirtube56563 жыл бұрын

    Soni ko bay'ee sii jalladhaa habibii ko naf jiraadhuu 👍👍👍sanyii lenjjisoo digaa ❤❤😍😍

  • @DhidheessaaMedia
    @DhidheessaaMedia3 жыл бұрын

    Adaraa Rabbii Oromoon waan guddaa waan sirraa eeggatuuf fuulduratti malee duubatti hin deebi'in. Jabaadhu waaqnis si haa jabeessu. ani hedduu tokkon si dinqisiifadhe. keessattuu tooniin sagalee keetii adda.

  • @sirajmohammed9860
    @sirajmohammed98604 жыл бұрын

    Abshiir leenca Keenya akkanatti hin hafnu inshaa allah 😥😭 Me of eegadhu jarattin si ajjeefte leenca kiyya

  • @badriitube8375
    @badriitube83754 жыл бұрын

    Ashiir akkaa dhiteeti hin haftuu lencaa koo kan du'aan dhabnee kan jiruun dhabnee mana hidhaati guraanii Homaa miti guyyaa ifaa arginuu tokkoo mi dhufaa .uf eegannoo godhii ati raabbiin sii haa eeguu☝️

  • @mubeesanyiiustauzrayyaa4639
    @mubeesanyiiustauzrayyaa46393 жыл бұрын

    Uuuuuuuuf waqayoo Ummurii dheraa sif akenu obbollesa koo sirbii kee gara nama rasaa 🙏😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥Ayiiiiiiiiiiii lammi koo

  • @guta6246
    @guta62463 жыл бұрын

    Sanyii Koo jabaadhu Hamtuu fi sareen si hin argin. Guddashu Sanyii koo!!!!!❤❤❤❤😭😍❤❤❤

  • @obseeobseebirboo8505
    @obseeobseebirboo85054 жыл бұрын

    Uuuuuufffff haccee😭😭😭 Koo Soni keenyaa atif nuuf jabaadhuu jabaa koo❤💚❤

  • @Kalagamada
    @Kalagamada4 жыл бұрын

    Maal dhiiroo sirba kana yeroo digdama dhageeffadhe guyyaa tokko keessatti. Nuuf jiraadha weellistoota keenya🥰

  • @hellohi2556

    @hellohi2556

    3 жыл бұрын

    Raabiin sihaa tiksuu sooniyeekoo,😭🤲🤲☝️☝️🙏

  • @rahmetnaze8679
    @rahmetnaze86793 жыл бұрын

    Gotaa kenyaa nuf jiradhuu Jabadhuu qomoo kooooo 😍😍😍

  • @FgFg-uo9pu
    @FgFg-uo9pu3 жыл бұрын

    Nufii jiradhuu baay,ee siijalanaa qomoo koo

  • @abdallahtube456
    @abdallahtube4564 жыл бұрын

    Jabadhuu sonifaan Adam nu worrii jimmaa illee sii jalanaa Abshiiiiir❤️❤️💚💚💓💓

  • @hawwiidinkesa3169

    @hawwiidinkesa3169

    3 жыл бұрын

    Jimmaa qofaa mittii sabaa oromoo hundatuu isaa jalataa ❤❤❤❤❤ uummaan ija irraa nuufi yaa qabuu umurii isaa nuufi yaa dherressuu

  • @saliyaayune4840
    @saliyaayune48404 жыл бұрын

    Dhiigaa koo soninaf koo nuuf jiraadhu Yoomillee ija bilxiginnaa irra si haa Qabuu 💚❤💚

  • @gadisajatama2041
    @gadisajatama20413 жыл бұрын

    Artis soninaf Sanyiikoo jabaadhu sagalee kiiloree itti dhukaasi diinni haa gubatuu!!!!

  • @biretube5899
    @biretube58993 жыл бұрын

    Nuuf jiraadhuu jabaa Kenya hamni sin argiin😍😍😍😍😍

  • @aziizaaaziizaa8137
    @aziizaaaziizaa81374 жыл бұрын

    Borata bore basuu sif garan na araa😭 ifa arguuf jirra inshallaa

  • @abdiibaale1723
    @abdiibaale17234 жыл бұрын

    Jirenya lammaffa osoo siin jennu tokkoffa taate jabadhu jabaa kenya ❤❤❤❤❤

  • @Gk-tq9jg

    @Gk-tq9jg

    4 жыл бұрын

    Luubbuu kiyyaa Tuhi😭😭😭😭😭🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅Amshiri 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @mannanmannan4085

    @mannanmannan4085

    4 жыл бұрын

    Dhugaa jette sagalee mucaa kana isuma fakkat

  • @hawimidekso274

    @hawimidekso274

    3 жыл бұрын

    Sagaleen sooninaaf eenyuniyyuu hin fakkaatu, hin quufamu❤️

  • @amankedir7470
    @amankedir74703 жыл бұрын

    MIlkaayi Dhiira namaa! Rabbiin si haa guddisu! Kennaa addaa qabdaa jabaadhu!

  • @fozaaoromotittube9759
    @fozaaoromotittube97594 жыл бұрын

    Nuf jiraadhu Lencaa kenaa rabbi sii wojjin haa jiraatu jabaadhu namicha nama nyaata kanaa rabbi nurraa haa kaasuu ❤❤❤💪🏿💪🏿sirbi kee heduu nama bochisaa😭😭

  • @bareeduuoromoo5109
    @bareeduuoromoo51094 жыл бұрын

    Rabbii sii haa eguu zarii koo 🌺🌺💝💝💋💋💝

  • @firiiyaaqub8278
    @firiiyaaqub82784 жыл бұрын

    Sabboona sabaa rabbiin sihaa eegu baayee si jaalana hacceen du’uu hacceen kumaatamaan jira ❤️❤️❤️❤️

  • @ethiofun8211
    @ethiofun82113 жыл бұрын

    soninaf jabadhu ,oromon hundii waalif firaa ,dhiigaa tokko

  • @hawifilera5193
    @hawifilera51933 жыл бұрын

    Sirbaa kee hundaa dhaageefadge hin qufu yaa ilmaa ayyaa jabbadhuu dhiigaa koo 😍😍😍😍jabbadhuu jajjabboo koo,sirbaa inni yeroo yeroottii gad nuuf dhiisu,like sheerii godhaafii jajjabbeessaan

  • @user-pn8ej3zm4o
    @user-pn8ej3zm4o3 жыл бұрын

    ትርጉሙ ባይገባኝም ዘፈኑ በጣም ተመቸኝ 👍👍

  • @adamurgesso9433

    @adamurgesso9433

    3 жыл бұрын

    it is about atrocity done on our people by the current pp regime

  • @lalisanegera3884

    @lalisanegera3884

    10 ай бұрын

    ​@@adamurgesso9433❤❤

  • @ofiinbontuhintalashawaa1238
    @ofiinbontuhintalashawaa12384 жыл бұрын

    Jiraadhu Sanyii Koo Hin Darba Rakkoon Oromo Guyya Tokko 😭❤❤❤💚💚💚❤❤❤👌👌👌👌

  • @waamaraatube1992

    @waamaraatube1992

    3 жыл бұрын

    Jiraadhu sanyii koo bayyee si jaallana Kormee koo buli haadhoo koo

  • @adugnabeyecha400
    @adugnabeyecha4003 жыл бұрын

    Soninaaf sirbi kee hundi bareedaadha jabaadhu gootni gootumarraa qabsoo wal irraa fuudhaa deemaatii umuri dheertuu siif hawwa.

  • @aminaorotube8620
    @aminaorotube86204 жыл бұрын

    Soninaf kenyaa nufi jiradhuu rabbin dinaa siraa haa qabuu lecaa kooo ❤🌳❤

  • @adanemulugeta6327
    @adanemulugeta63274 жыл бұрын

    Garaa nama raasa. Jabaadhu. Diinarraa rabbi si haa tiksu atis of eegi

  • @oromiyaabiyyaakoonibilisoo5168
    @oromiyaabiyyaakoonibilisoo51684 жыл бұрын

    uuufff jabadhuu sanyii koo💪💪💪💪💪💪💪👈

  • @kwt5662

    @kwt5662

    3 жыл бұрын

    hacee koo❤️❤️🐅🐅😭😭

  • @hambisetaaddase7362
    @hambisetaaddase73623 жыл бұрын

    Nuuf jiradhu umurii dheerradhu ❤️💚❤️

  • @siraj376
    @siraj3763 жыл бұрын

    Sonii jabaadhu Haaluma kanaan itti fufi

  • @saboontuarsiilixa2815
    @saboontuarsiilixa28154 жыл бұрын

    Jabbadhu goota koo umrii dheeraa nuf jiradhu 💯💯💯❤

  • @halemamashaallah7197
    @halemamashaallah71974 жыл бұрын

    Jaweefi garan koo na Araa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @1996randa

    @1996randa

    4 жыл бұрын

    😭😭😭😭

  • @freejawarmohammed9732

    @freejawarmohammed9732

    4 жыл бұрын

    Jawari lecaa kena homa hin tayuu ishallaalaa Allah 😭😭😭😭😭💔💔💔💔

  • @asilioneesabaa1063

    @asilioneesabaa1063

    3 жыл бұрын

    Abiy Must go

  • @etenashlloveyouoromiyaasin1082
    @etenashlloveyouoromiyaasin10823 жыл бұрын

    Nuf jabadhuu sanyii koo isiin Abdiin oromoodhaa keenna oromoo kotii

  • @litolito6312
    @litolito63123 жыл бұрын

    Abshiir Tiruukoo Jabadhuu Dhiiraa Gafaa Xiiqii❤💚♥️😭😭😭😭😭

  • @ganateganete7877
    @ganateganete78774 жыл бұрын

    Qeeroo jaajaabe saaba jaadhu 💪💪💪💪💪💪❤❤❤❤👈

  • @a.n.s14
    @a.n.s144 жыл бұрын

    Rabbiin si haa eeguu dhugaan ati dhiiruma dhugaati galatomii 👍👍❤💚❤

  • @intesar.rashed1482
    @intesar.rashed14823 жыл бұрын

    Soonii keenyaa galaatoomii nuuf jiraadhuu 😭😭😭😭😭😭😭💗💖💕💔 gaalani kee bilisuummaa haa ta.uu💓💓💓💓💓💗💗💖💖💖💖

  • @fooziiamaan88
    @fooziiamaan883 жыл бұрын

    Soonna dhugaa rabbiin umrii sii haa dhersuu dhirra kiyya

  • @sumeyaasanyiijawarii8506
    @sumeyaasanyiijawarii85064 жыл бұрын

    kodee koo jabadhuu fakii lecaa namaa 💪💪💪🌷🌷🌷🌷🌷💪💪💪💪💪♥️💚♥️😭😭😭

  • @hayatjamal7034
    @hayatjamal70344 жыл бұрын

    Wow jabadhu eriga barida qabiida garu Sagale welisa jirenya shifara fakkata 👍👍👊

  • @jamilamohamed9002
    @jamilamohamed90022 жыл бұрын

    Wwwww jabbaa kenyaa qaxalee ilmaa abbaa gaddaa norii sii egataa jiraa gotaa kenyaa nagayyan nuu kotuu ijolee oromoo like ittii robsaa sabscirabi godhaa hundii kesanuu Artii kenyaa naa gudifanuu

  • @anasanyiihaceesanyiinadhii3781
    @anasanyiihaceesanyiinadhii37812 жыл бұрын

    Ana bara harawa kan jawar hin bahaa jedhiiin egga amma abdii kutadhee baqaa yaa rabbiii maloo yommii jawar nu bafataa maloo. Nadhii osoo egganuu woggata meqaa lakkofsiin. Ammas jawar wogga lama gutuuf. Ji'a murasaa hafee malooo nuf birmadhuu atii sii malee nama hin qabnuu iyyen dhabanee 😭😭😭

  • @tigtig4042
    @tigtig40424 жыл бұрын

    Sagaleen kee galanaa garomsaan waalf fakkata waqa😍😍😍😍😍😍😍

  • @siifaaniobseejaweri4487
    @siifaaniobseejaweri44874 жыл бұрын

    Soninaf koo jabadhu lencaa koo 🐅🐅🐅💟💟

  • @MdUyf

    @MdUyf

    4 жыл бұрын

    Ok

  • @ajaaibooajaaiboo193

    @ajaaibooajaaiboo193

    4 жыл бұрын

    jiraadhu lenca arsii

  • @StopHazaraGenocide88

    @StopHazaraGenocide88

    3 жыл бұрын

    kzread.info/dash/bejne/lJdrpKmnXbXgiZc.html

  • @SamSung-mh1bg
    @SamSung-mh1bg3 жыл бұрын

    Nufii jiradhuu gottaa kenaa ❤💚❤💞✊💪

  • @wakgaribinu3339
    @wakgaribinu33393 жыл бұрын

    Ofii hidhatanii walhidhachiisaa ukkaamsanii nu bitaa as gahan! Nuy akkasitti humnaa fi tokkummaa dhabinsarraa boonyee wal boossifna! Maalumaafuu Sonii nuuf jiraadhu; kiilolee afaan dammaa!

  • @muntahaatube4045
    @muntahaatube40454 жыл бұрын

    👍👍👍👍👍👍 jabadhaa Sanyii gotaa qalii

  • @misganawalemayehu9126
    @misganawalemayehu91263 жыл бұрын

    Soninaaf Adeem......really thank you for showing us the very new approach and appearance!!!!!!! Fantastic work!!!!!

  • @hik200
    @hik2003 жыл бұрын

    Weellisaa lafaa dhufaa. sirboonni kee ergaa qabu. ati ilma aartiidhaan guddatee aartii oromoo guddisuuf ka'eedha. warri qarshiif jedhan nutti wacaa oolan kuun isaaniis sirraa barachuu qabu. jabaadhu. waan si dhibeef nu gaafadhu si faana jirra.

  • @solomonseyoum8731
    @solomonseyoum87313 жыл бұрын

    Soninaf sagaleen kee garmalee bareeda jabaadhu. Kennaa guddaa qabda. Garuu siyaasni teenya silaa baddee sirba Jaalala, hawaasmmaa, Diinagdee fi kanneen biraa cimsu irratti haalan hirmaadhun gorsa xiqqaa ani obboleessi kee sii qabu! Jabaadhu jabaa koo!

  • @badiryaatube5556
    @badiryaatube55564 жыл бұрын

    💓💓💓💓🌹🌹🌹🌹🌹 Jiradhuu sabonaa kenyaa

  • @febenabdeta9804
    @febenabdeta98043 жыл бұрын

    Jabadhu dhiiroo! hunduu bareeda.

  • @hawimidekso274
    @hawimidekso2743 жыл бұрын

    Soniinaaf haadhookoo rabbi si waliin haa ta'u, sirba kana quufun dadhabeem😭

  • @SaraSara-xr8gp
    @SaraSara-xr8gp3 жыл бұрын

    dhugaa jeete sanyii koo nuf jiraadhu ♥♥♥♥♥

  • @happychannel4088
    @happychannel40884 жыл бұрын

    Aaaaahhhh nufii jiradhuu leccaa koo ittii fufiii

  • @yaasinsheikhamaan9794
    @yaasinsheikhamaan97944 жыл бұрын

    Bayyee baredaa jabadhuu bro ko halumaa Kanan itti fufii 💖💖💖💖💖💗💗💗💗💓💓💓💞💞💞💕💕💕💕❣️❣️❣️❣️💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💌💌💌💌💌💌💌💌💌💌💙💚❤️

  • @biraneetube4700
    @biraneetube47003 жыл бұрын

    Ija diina irraa hafii saboona Oromo 💪💪💪💕💖💚💞💝💖💖

  • @Naima-cg4ue
    @Naima-cg4ue3 жыл бұрын

    Dheebun kalee deebitee akkaa gotuu beektatu yaa abbaa buree shimaala kaa rasaasaa mohaatu 💯💯

  • @lookoooromia2862
    @lookoooromia28624 жыл бұрын

    Abshir sanyii guyyaa tokkoo nufii darbitii jajabee koo ❤❤

  • @queensayojibril8179
    @queensayojibril81794 жыл бұрын

    😭😭😭😭 ABashir lencaa koo guyyaan gammachuu bilisummaa ni dhufaa😭

  • @kemalhussein4941
    @kemalhussein49413 жыл бұрын

    Jiboolee abbaa kootii alagaatu fooyatee😭 Jiraadhu umrii dheeraa❤️

  • @waameqaaobsinee6357
    @waameqaaobsinee63573 жыл бұрын

    Woggaa kumaa nuu jiradhuu Lencaa koo ❤❤❤❤👌

  • @tiyashawaa1889
    @tiyashawaa18894 жыл бұрын

    Jajjabee ijoollee oromoo koo leencoo 👍👍👍👍👍💛💛💛💛💘💘💘💘💘💘💘💘💪💪💪💪💪💪💪💪💪 abshir lammii koo waqaayyoon yoo jedhee ni bilisooman!!!! ☝

  • @yafetfray1941
    @yafetfray19413 жыл бұрын

    ወቢ ቢያ WBO and Qeerro Oromia 💯 ብቻ ሰውድክ 💯‼️ እውደዋለው ያላቹ ላይክ💯 ‼️

  • @ezuweekend9746
    @ezuweekend97463 жыл бұрын

    Bayyee nati tolte...hojii bareeda...billisummaan ummata oromoof💚❤💚

  • @samiisanyiijawarmohammed9599
    @samiisanyiijawarmohammed95993 жыл бұрын

    Siifuu Garaan naa araa ❤️❤️❤️❤️❤️❤❤💔💔💪Jabaadhuu Soninaf keenya ❤💚❤❤💚

  • @mullegizaw7829
    @mullegizaw78293 жыл бұрын

    Soninaf Adam will be the next hachelu hundesa you are dynamic jabaadhuu jajjabeekoo

  • @AD-fr3fh
    @AD-fr3fh2 жыл бұрын

    The most underrated artist in Ethiopia for real.

  • @zeynebahusen6326
    @zeynebahusen63263 жыл бұрын

    Nuuf jiradhuu Leecaa koo😍😍😍😍😍😍😍

  • @oromiyaatube791
    @oromiyaatube7913 жыл бұрын

    #Abiyimustgo Oromo koo jabadhu Abshiir sanyii ko😍😘😘😢😢💪💪💪💞💞💞

  • @abubakartube3603
    @abubakartube36034 жыл бұрын

    Sanyii ko jirdhuu💪💪💪😭❤❤❤❤❤😭😭

  • @berkecorner4540
    @berkecorner45404 жыл бұрын

    Jabadha sabaakoo oromoo ifati ba'uu keenya inloluu mee like godha❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪👆

  • @badriyajawaro1331

    @badriyajawaro1331

    4 жыл бұрын

    💪💪💪💪💪💪💕💕💕👈

  • @sadiyaatube9177
    @sadiyaatube91773 жыл бұрын

    abshiri Oromo sanyii ko sabakoo gafaa tokkoo immaa dhufaa bilisuumaa yoo rabii ishaa Allah ☝️💚♥️💚♥️💚♥️💚♥️💚♥️💚♥️💚😭😭😭😭 sanyii ko nufii jiradhuu 💖💖💪💪

  • @AishaAisha-pf8un
    @AishaAisha-pf8un3 жыл бұрын

    Wowwwwwww leencaa keenyaa nuuf jiraadhuu yeroo rakkoo kanaati umaata keeti sagalee ta'uu keetiif gaalataa gudsi jallaanadaa qabdaa saba kee irraa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @lulahashi8424
    @lulahashi84244 жыл бұрын

    ይኸም ቀን ያልፋል እንደጨለመ አይቀርም አይቀርም።

  • @gorjegeleta5276

    @gorjegeleta5276

    3 жыл бұрын

    😭🙏🙏😭🙏😭🙏😭🙏😭⚖️😭⚖️🙏⚖️🙏😭⚖️🙏😭⚖️🙏😭⚖️👆😭👆😭⚖️😭👆😭⏳⏳⏳⏳⏳⏳⏳⏳🕺🕺🕺🕺🕺🕺🕺🐋🐋🐋👆

  • @jaltucaaluu3156

    @jaltucaaluu3156

    3 жыл бұрын

    Zkjx Ñ qal9ñ mdsjsn H77ť7ģkhkķß

  • @gorjegeleta5276

    @gorjegeleta5276

    3 жыл бұрын

    @@jaltucaaluu3156 ❓❓❓❓✍️🍃📔🙏🕐⚖️⏳

  • @abdulkarimedirs670
    @abdulkarimedirs6703 жыл бұрын

    Wowowwwowo jabadhuu ilmaaa sabaa❤❤❤❤💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤

  • @feenetmohamed291
    @feenetmohamed2913 жыл бұрын

    Hamaa sirraa haa qabu lafee kiyyaa guyyuu inumaa dhageeffadha hin quufu. Abshiir mirgii keetuma boorata booree baasuu...

  • @hakimahakima5101
    @hakimahakima51014 жыл бұрын

    Sabona oromoo ijaa Dina sirraa haa qabu umrii dheeradhu

  • @user-wp5gl1ko5r
    @user-wp5gl1ko5r4 жыл бұрын

    Well come soni Jibolle abba kooti alagatu ofatte😭😭😭😭Uuuufff nutti hin cadhisiin yaa Rabbii 😭😭😭😭

  • @fmsw8845
    @fmsw88453 жыл бұрын

    Uuuuuufffff 😥 😥 😥 oromoo koo wly imimaanii qabachu dadhabee Yaa rabbi yomumaa lataa .......... 💚❤️💚❤️

  • @user-vl2rw7ke4g
    @user-vl2rw7ke4g Жыл бұрын

    Soni hedduun siin jaalladha. Hedduun siin kabaja.umuurii dheeran siif hawwa❤❤❤❤

  • @ahhshhs4807
    @ahhshhs48074 жыл бұрын

    Wwwwww qommo koo jabadhu rabii sii haa eguuu

  • @asyiahaaa.jabadhu3146

    @asyiahaaa.jabadhu3146

    4 жыл бұрын

    Jabadhuu

  • @SONINAF_ADEM
    @SONINAF_ADEM3 жыл бұрын

    Guyyaa muraasa booda sirba haarawa_MISHAA KOO_jedhu gama #youtube chanel kiyya kanaatin isin biraan gahuuf qophii xumuraa jira. #qarqaarsa uumatiin ! Subscribe gochuudhan wal biraan gahaa.isin jaaladha ! #Mishaa koo_coming soon ....

  • @dinaolmuleta9977

    @dinaolmuleta9977

    3 жыл бұрын

    Jabaadhu Sona Dhugaa! Mishaa koo! Jawaar koo hayyuu koo!

  • @mucatiiarsii9977

    @mucatiiarsii9977

    3 жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @biliseeintalaamboo8224

    @biliseeintalaamboo8224

    3 жыл бұрын

    Nghn nuuf koottu qaalii keenya👌👍💕🙏

  • @nimonamotu2210

    @nimonamotu2210

    2 жыл бұрын

    Sonaa dhugaa awesome men!! """"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""" I luv your sound jest like cow's milk

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh11203 жыл бұрын

    Jabadhuu Lencaa koo bilisuma dhugaa rabbii sii haa agarasisuu Amshiiru oromoo koo injfanon kanaa umataa oromootti ishallah

  • @Waantiya9
    @Waantiya93 жыл бұрын

    Soonaif 😭😭😭😭😭sirbaa kee yoo dhagefadhuu sammuu ko naa maratuu tayyaa hacce ko jabaadhu atii

  • @medinausman3881
    @medinausman38814 жыл бұрын

    Ofii egadhuu bro koo 😭😭😭😭❤❤❤

Келесі