No video

Muktaar Usmaan Sheek - Jette Jette

Amma jechoota walaloo waliin argachuu dandeessu.
Now available with lyrics🎼🎼.
QINDEESSAA MUUZIQAA
ABRAHAM KIDAANEE
MIX & MASTERING
ABRAHAM KIDAANEE
WALALOO
IBRAHIM TIRRI
YEEDALOO
MUKTAAR OSMAAN
New Oromo Music video 2022
Oromo Music
copyright Walaabuu Entertainmen
Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.

Пікірлер: 1 200

  • @user-wg4fb4em2z
    @user-wg4fb4em2z Жыл бұрын

    ኦሮሞ ነኝ ቋንቋውን በደንብ አላውቅም ምክንያቱም ቤተሰቦቼም አይናገሩም ወሎ ቦረና ተወላጅ ናቸው እኔ ግን ኦሮሞነቴን አጥብቄ ወደዋለሁ ዘፈኖችን ሁሉ በደንብ አዳምጣለሁ ይሄ ዘፈን ባይገባኝም ከልቤ ደጋግሜ ነው የማደምጠው love it

  • @qaleya4812

    @qaleya4812

    Жыл бұрын

    እኔም እደ አንቺ ነኝ እማ ቤተሰቤ ሁሉም ኦሮሞ ነን እኔ በልጅነቴ ጀምሮ ትምርህት በአማርኛ ጀምሬ አሁን መስማት እንጂ ማውራት በደንብ አልችልም ግን ኦሮሞ መሆኔን አጥብቄ እወደዋለሁ 😍😍😍😍😍😍❤️🥰🥰🥰

  • @workieafework8722

    @workieafework8722

    Жыл бұрын

    @@qaleya4812 gala mehon birk new

  • @workieafework8722

    @workieafework8722

    Жыл бұрын

    gala mehon birk new

  • @GaremuGobena

    @GaremuGobena

    Ай бұрын

    ayizok ine aslemidikalew

  • @kuushioromo5548
    @kuushioromo55482 жыл бұрын

    Muktaar Usmaan Is legend ! sirbi isa Hundi akka male Namatti Tola !😘 Muuziqa jechun Muktaari ! Muktaar jechun Muuziqa ! 👌

  • @bontuuorotube6881

    @bontuuorotube6881

    2 жыл бұрын

    Asumaan matii naaf tahii kotuu

  • @awwiorotube1222
    @awwiorotube12222 жыл бұрын

    Sirbi akkana dawatamu dhabu isati nani gadda 😭❤️❤️❤️

  • @engineermurtessaalemuboru7603
    @engineermurtessaalemuboru76032 жыл бұрын

    Sirba hedduu natti toleedha ati yoomu sirba Afaan Oromoo Aadaa Saba kee qulqulleesitee dalagda dhugaa barsiisaa dhalootaati ati ❤💚❤🙏.

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Subscribe naf godhi me Sanyii ko

  • @Meshabake

    @Meshabake

    4 ай бұрын

  • @firomsismeseret
    @firomsismeseret2 жыл бұрын

    Maqaan koo Firoomsis jedhama Barreessaa walaloo,diraamaa.asoosamaa fi qoosaa ti.akkasumasillee taatummaa fiilmiitiin nama ogummaa cimaa qabudha ..kennaawwan koo kana baasee oromoof dhiyeessuuf ...sabni koo na wajjin ta'uu qabaata. kanaaf isin qaqqaaliiwwan koo yuutuubii koo sabiskiraayib naaf gochuun yoo na jajjabeessitan.ani cimeen ba'a...kanaaf sabiskiraayb naaf godhaa

  • @bersenastudio8275
    @bersenastudio82752 жыл бұрын

    በጣም የሚገርም ድምፅ እንደ እኔ በዚህ አመት ከተዘፈኑ ሙዚቃዎች 1ኛም 2ኛም 3ኛም ይሄ ሙዚቃ ነው

  • @qaleya4812
    @qaleya4812 Жыл бұрын

    የእውነት ይሄ ዘፈን አልቻልኩም ብሰማው ልጠግብ ጀግና ነክ የኦሮሞ ልጅ ምርጥ የአዲስ አመት ዘፈን 🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍

  • @tigestyasin456

    @tigestyasin456

    Жыл бұрын

    እኔ አለሁ አይደል ትርጉሙ ሳይገባኝ ሱስ የሆነብኝ ድምፁ ደሞ ሲያሳዝነኝ የማላቀው ትዝታ ውስጥ ነው የሚከትኝ

  • @zenashitesefaye5991
    @zenashitesefaye5991 Жыл бұрын

    በዚህ ሙዚቃ ውስጥ ሀገሬን በማሰብ ነው የምሰማው አቦቴ ገብረ ጉረቻ ሰላሌኳ🙏🙏🙏

  • @Tadewosyohanes

    @Tadewosyohanes

    10 ай бұрын

    ye fkr hager yilshal

  • @wabiidhaabaa6248
    @wabiidhaabaa62482 жыл бұрын

    Muktaar keenya sagalee Bareedaa Hojii Bareeda Guddaa Galatoomi Gumaacha Geetiif umurii nuuf Dheeradhu

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Qaalii kiyyaa Subscribe naf godhi me wabii gameessaa ilmaa

  • @D.B.Waliin3589

    @D.B.Waliin3589

    6 ай бұрын

    nice

  • @Seenaa_Studio_Official
    @Seenaa_Studio_Official2 жыл бұрын

    Ani bara kana keessa sirba akkana qalbii nama fuudhu argee hin beeku artistii kabajamaaf jaalatamaa oromoo muktaar umrii nuuf dheeradhu Abraham kidaanee qindeessaan muuziqaas nama aja'ibaati

  • @yonasmulatu4045
    @yonasmulatu40452 жыл бұрын

    As a child born and raised in finfine, my oromifa was not good, but I used to feel different to his music though. Born to do it differently like the LEGEND ALI and the rest of the precious generation.

  • @arsiitoo7120

    @arsiitoo7120

    2 жыл бұрын

    Wwwww

  • @user-rq3rm9in5z

    @user-rq3rm9in5z

    2 жыл бұрын

    🥰🥰🥰

  • @jirraajirraa7423

    @jirraajirraa7423

    2 жыл бұрын

    Wgdiy

  • @jirraajirraa7423

    @jirraajirraa7423

    2 жыл бұрын

    @@user-rq3rm9in5z bgi

  • @burhanmahmud7304

    @burhanmahmud7304

    2 жыл бұрын

    Nu

  • @user-ez2oj5oo5c
    @user-ez2oj5oo5c2 жыл бұрын

    ይኔን ዘፈን ወድጀዉ ልሞት ነው 🇪🇹💖

  • @Oromambo

    @Oromambo

    Жыл бұрын

    Wello Oromo new anchi denkoro.

  • @addisleges3739

    @addisleges3739

    Жыл бұрын

    abo ymechish

  • @tigestyasin456

    @tigestyasin456

    2 ай бұрын

    enase

  • @mulugetaandargie5748
    @mulugetaandargie57482 жыл бұрын

    ሙክታር!! ድሮም ኣውቅሃለሁ! እኔም እንዳንተው ኣርሲ ነኝ! በርቱ!! በጣም እያሳመራችሁት ነው ። ልብ ይበላል!! ዕድሉም ሁሉም ብእጃችን ነው!!

  • @user-rq3rm9in5z

    @user-rq3rm9in5z

    2 жыл бұрын

    Nefetegaa. Safarii…???

  • @user-dw5zx8yu1x

    @user-dw5zx8yu1x

    2 жыл бұрын

    @@user-rq3rm9in5z hubadhuu wan jedhee Auzbillah ICC🤔

  • @daadhigd893

    @daadhigd893

    Жыл бұрын

    @@user-rq3rm9in5z ቆሻሻ ህዝብ ጠል! አሰዳቢ!

  • @mohammedmorkema7565
    @mohammedmorkema75652 жыл бұрын

    Woyyoo sagalee Kee Muktaaroo 👏👏👏👏 Ijoollee meettaa gamaa lakkoofsa lama jechuu ni danda'ama bravo❤️

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Sanyii ko subscribe naf godhi me

  • @bontuuorotube6881

    @bontuuorotube6881

    2 жыл бұрын

    mohammed morkema Asumaan matii naaf tahii kotuu

  • @natimanaleks1455
    @natimanaleks14552 жыл бұрын

    Namaa jabaa kana sagaaleen kiloollee kan baayy'eema jaaladhuufi kabaajaa guddaa qabuufi umurii isaaa nuuf haa dheerreessuuu siin jaaladhaa 💕💕💕💕🙏🙏

  • @shigidoshow
    @shigidoshow2 жыл бұрын

    Sirboonni Muktar Usmaan hundinuu Bayyee Namatti Tola Dhageefataa Guddanne Sagalee kiilolee isaa yeroo hunda hin jijjiramne saniin Ammas Caalatti Waraabbii Qulqulluun sirba Ajaaibaatin dhufe , Bayyee Namatti tola 👍🏿😍👑. Long live the Legend We love you Always ❤️‍🔥

  • @destakebede3953
    @destakebede39532 жыл бұрын

    ኡፍፍፍፍፍ ቦታው ሲያምር 😍😍😍 Gallatomii Muktar kenyaa 🙏🙏🙏 Umurii dheraa sif hawee 👏👏👏

  • @lffiituuoromotube6555

    @lffiituuoromotube6555

    2 жыл бұрын

    Wowww Wowww Wowww Jabadhuu 😍😍🥰🥰🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞💞💞✅✅✅👌👌👌👌👌

  • @lffiituuoromotube6555

    @lffiituuoromotube6555

    2 жыл бұрын

    Gallatamii Muktar❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹❤🌹🌹🌹🥲🥲🌷

  • @ABDTubeABDTube
    @ABDTubeABDTube2 жыл бұрын

    Artistooni akaa waan oromoyyaan lafaa Magarsaa hin qabaneeti hotellaa worabdaan me kanaa dawadhaa ka ijja fayyaa namaa kenuu wwwwww Muktaar usmaan ati Artisti cimadhaa jabadhuu oso takaa si cinaa jiratee bay'ee tolaa garuu bay'ee nati tolee Baxaam Baxaam Thank you my boro

  • @bontuuorotube6881

    @bontuuorotube6881

    2 жыл бұрын

    ABDE TUBE Asumaan matii naaf tahii kotuu

  • @girmareta2889
    @girmareta2889 Жыл бұрын

    Wayyooooooo nan bade. Muktaar ijoollummaa kiyyarraa jalqabeen baay'ee baay'een jaaladha waaqa kinoo. Garuu weellee isaa tana turee arguu kootti nan gadda. Baay'ee si jaaladha koodee koo Muktaar Usmaan kiyyaa 😘😍😍 🤩🤩🤩 😍😍😍

  • @dhaile8772
    @dhaile87722 жыл бұрын

    "Ijoollee Meettaa gamaa..." weedduun tokkoffaan jaaladhu! Kunis itti dabalame kunoo! Jiraadhu artist jaalatamaa Muktaar keenya!

  • @girmamulu6590
    @girmamulu65902 жыл бұрын

    Sirbichi na maraache, dhiiro. Penxummaa na gachisise 🤣😅 I listened to it for more than 6hrs. Still listening. What a song 🎵 😍 👏 Loved it❤ 😍

  • @tgsam891

    @tgsam891

    2 жыл бұрын

    Ergixdhaa kun ..💃💃💃💃💃💃💃💃💃💃

  • @jibriiilnaasir7273

    @jibriiilnaasir7273

    2 жыл бұрын

    @@tgsam891 1 Kkl O9klmnnnmhnbvvcszcd

  • @ADH9093

    @ADH9093

    2 жыл бұрын

    😆😅🤣😂

  • @tamrat76

    @tamrat76

    2 жыл бұрын

    KZread koo tamrat Official jedhu Subcribe naaf taasisaa na jajjabeessaa Galatoomaa 🙏

  • @blackdiamond2472

    @blackdiamond2472

    2 жыл бұрын

    😂😂😂

  • @atiyeebaleeyoutube1134
    @atiyeebaleeyoutube11342 жыл бұрын

    Wowow sabonaa kenaa nuf jiradhuu ijolee oromoo Like naa turaa✌️💯🙏

  • @hailemeshesha5930

    @hailemeshesha5930

    2 жыл бұрын

    Ilove

  • @bejigakwari5700
    @bejigakwari57002 жыл бұрын

    Muktar Usmaan yeroo ijjoluummaa hanga jaarsumma sii dhaagechaa guddannee kiloolee sagalee bilbilaa, leencaa Oromoo long live man!

  • @abdisalafayisa6845
    @abdisalafayisa68452 жыл бұрын

    Yeroo 10 irraa deddebi,ee dhagefadhee qufuu dadhabee uuuffff dhugummattii artiin huminaa addaa qabaa! Motii sirbaa mukirtar koo umurii nuf dheradhuu kilollee sagalee ketii itti namaa marachaa! Akkam jedhetaan sii dhisaa qaloo too😍

  • @hilifalemayehu5984
    @hilifalemayehu59842 жыл бұрын

    Muktar the legend 🙌 Sagaleenkee ammas akkuma durii mi'awaa !

  • @hqjnk9016
    @hqjnk90162 жыл бұрын

    Sirba bareede wajagsitu durba mettaa❤👍🎷🎸🎤🎼

  • @asmerettewolde3543
    @asmerettewolde35432 жыл бұрын

    ትርጉሙ ሳይገባኝ የወደድኩት ዘፈን❤️❤️❤️❤️❤️🎼🎼🎼🎼😍😍😍😍😍😍

  • @tesfayegeleta7484

    @tesfayegeleta7484

    Жыл бұрын

    am also you than his song!!

  • @user-vu7ui9bb9p

    @user-vu7ui9bb9p

    Жыл бұрын

    እደኔ❤

  • @IfaKey80
    @IfaKey8015 күн бұрын

    Meettaa, Oromiyaa irraa, Ummanni Meettaa Bargaa addatti baay'ee si jaalanna🥰

  • @surafelgebeyehu2971
    @surafelgebeyehu2971 Жыл бұрын

    I Can't Speak Afaan Oromoo Language But I'm In Love With This Song Thank You Mukthar Usman For Your Loveable Music

  • @HHJJKKKK
    @HHJJKKKK Жыл бұрын

    እንዴት እደወደድኩት ምርጥዬ ሙዚቃ ነው በዛላይ ድምፅ ዋው ነው👍👍👍👍

  • @dibababsa1086
    @dibababsa10862 жыл бұрын

    Our legend 😍 Waggaa 1000 nuuf jiraadhu Goota sagaleen kiilolee😘😍❤️❤️

  • @radoanraya3600
    @radoanraya36002 жыл бұрын

    Art n Oromo Sagalee kilolee Artistota isitiin guddata jiraa Galatoomi muktar usman

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Sanyii ko subscribe naf godhi me

  • @husseinbadri4338
    @husseinbadri43382 жыл бұрын

    Jaarsichi sagalee dhagahaa ittiin guddadhe na yaadachiise hojii gaariidha mataa dhiiraa

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Sanyii subscribe naf godhi me

  • @henoktamiru3833
    @henoktamiru38332 жыл бұрын

    in my opinion 100 times > to 'Shambaramba', 10 times > to 'Dado' What a music! what a voice!

  • @kiyaa88
    @kiyaa88 Жыл бұрын

    sirbaa bayee baredadhaa bayee namaa hawataa geruu anii kilipii kanaa bayeen jaladhee akkamitii namatii tolaa idoon kilipiin ittiii hojetamee garewan oromiyaa akkamitii namatii toluu idoo isaa geruu esaa bayee bayee qalbii namaa hawataa galatomii muktar 👌👌👌👌👌👌💕💕💕💕💕💕💯💯💯💯💯🙏🙏🙏🙏🙏

  • @geletakinkino9781
    @geletakinkino97812 жыл бұрын

    woo kabajamo Muktar usmaan , wellu kee heddu qalbi nama hawata!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @QabGemeda7777
    @QabGemeda77772 жыл бұрын

    Well come Our Legend, Greatest musician🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ebisatube430
    @ebisatube4302 жыл бұрын

    Well comeback Legend🔥🔥 Muktii ati yeroo hunda 1ffaadha!👏👏 Yaa sagalee kee!🙆‍♂️🙆‍♂️💔💔

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Sanyii ko subscribe naf godhi me

  • @bontuuorotube6881

    @bontuuorotube6881

    2 жыл бұрын

    Ebisa tube Asumaan matii kenyaa tahaa

  • @somiasomia5517
    @somiasomia5517 Жыл бұрын

    Akkan si jaaladhu muktaar keenya one of my dad's favorite singer yeroo hunda abbaa koo na yaadachifata umrii nuuf dheeradhu jabaa koo ❤️

  • @deyasdeme1073
    @deyasdeme10732 жыл бұрын

    Yaaboo sirbi sirraa bareedaa bar! Hojii ajaa'ibaati, qalamni kee haa mirgisu, nuu buli qeerramsa keenya!💚💚💚💚💚

  • @debelabejica8524
    @debelabejica85242 жыл бұрын

    I leave here my comment !! Galatoomi Muktaar for this Masterpiece

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Sanyii ko subscribe naf godhi

  • @usichadube3394
    @usichadube33942 жыл бұрын

    Emperor of Oromo muzic, you are the model of all our Artist, you play from your heart which makes you very unique from.....i prefer to listen your single music rather than to red the book of ROMIO AND JULIET, wish you to reborn again in this world thanks❤!

  • @user-fj6tx5xv1j
    @user-fj6tx5xv1j19 күн бұрын

    Enyumadha garuu akkotii dhagefate kan hin qufnee sirbaa kana 🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️♥️

  • @meseretguluma2574
    @meseretguluma2574 Жыл бұрын

    The noe only Muktar the true legend ❤❤❤❤❤❤❤❤🇧🇻🇧🇻🇧🇻🇧🇻🇧🇻sesessssss

  • @user-bu4qd4bv8u
    @user-bu4qd4bv8u2 жыл бұрын

    Woooww kormee ilmaa. Sagalee kiloolee ❤️💯👍.

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Sanyii subscribe naf godhi me

  • @frehiwotgadisa301
    @frehiwotgadisa3012 жыл бұрын

    የሚገርም ሙዚቃ ነው 👌ድምፁ 100% የቦታውንማ ❤

  • @Wankooshow
    @Wankooshow2 жыл бұрын

    Dansaadha. Continue more... Ee akkasi ijjoollee biyyaa kooti isin jaaladha..... 100%

  • @visionoromia431
    @visionoromia43126 күн бұрын

    Sirboonni Muktar Usmaan hundinuu Bayyee Namatti Tola Dhageefataa Guddanne Sagalee kiilolee isaa yeroo hunda hin jijjiramne saniin Ammas Caalatti Waraabbii Qulqulluun sirba Ajaaibaatin dhufe , Bayyee Namatti tola . Long live the Legend We love you Always ‍ 2 Reply

  • @mizanawitb2036
    @mizanawitb20362 жыл бұрын

    I can't stop listening this amazing music🥰 keep it up my people😍😍😍😍😘😘😘

  • @ayansamekonnen-sj3jk

    @ayansamekonnen-sj3jk

    2 ай бұрын

    Wajagsituun dhufte qalloon durba meettaa❤😊

  • @salihatamam

    @salihatamam

    2 ай бұрын

    ​@@ayansamekonnen-sj3jknok rock loo o loop oolooooo99oof oo ki oooh k oo kobe t oooopopoopoopppoloooo999o9999œoœœœoœœœœœooooooooœooœœœœœooœooœœoœœœœœœ9oo

  • @tigestyasin456

    @tigestyasin456

    10 күн бұрын

    me to

  • @abdisaturi2438
    @abdisaturi24382 жыл бұрын

    Wel come my legend 😍I listened to 20 rounds and couldn't get enough! May Allah extend your life to us you are incomparable. as you went down inside and sang with emotion I couldn't control my emotions and couldn't get enough of listening... thank you

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Sanyii ko subscribe naf godhi me

  • @bontuuorotube6881

    @bontuuorotube6881

    2 жыл бұрын

    matii tahii

  • @oromtitiwbo5078

    @oromtitiwbo5078

    2 жыл бұрын

    Ameen

  • @henoktamiru3833
    @henoktamiru38332 жыл бұрын

    Gurri keenya muuziqaa dheebotee ture yeroo dheeraaf. Amma kan dhaggeeffatamee hin quufne arganne. Legend Muktar

  • @eelaadarbe6140
    @eelaadarbe6140 Жыл бұрын

    Dhamdhamni sirba kanaa suusii natti ta'e, sirba muktar kana yeroo ijoolummaa kootiirraa ka'een caqasaa ture. Ammammoo suusii natti ta'e. Muktar qaxaleedha

  • @shakirahmedin7913
    @shakirahmedin79132 жыл бұрын

    Welcome back My legend. Amazing music 😍😍😍😍😍😍

  • @bancheyedenekachew5818
    @bancheyedenekachew58182 жыл бұрын

    በጣም ምርጥ ሙዚቃ የተሰራበት ቦታ ደግሞ እንዴት የሚያምር ነው

  • @dirbamuleta7067

    @dirbamuleta7067

    Жыл бұрын

    ❤❤❤. ኦሮሚያ የትም ምርጥ ነው ሁሉ ቦታው

  • @gyty7760
    @gyty77602 жыл бұрын

    Woggaa 1000 nuu jiraadhu sanyii ofii ilma biyyaa kootii, You are my legend and best musician.

  • @shiferagirma3696
    @shiferagirma3696 Жыл бұрын

    Sirba dhaggeeffatamee hin quufne ❤💚❤ Iddoo waraabbii kana namni eessa akka ta'e natti hime nan galateeffadha! Muktar Usmaan Nuu jiraadhu

  • @orotiktokshow7872
    @orotiktokshow78722 жыл бұрын

    Video quality %100 Graphics%100 Melodie%100 Transition %100 *All overall everything is amazing I love ❤️ it!*

  • @tamrat76

    @tamrat76

    2 жыл бұрын

    KZread koo tamrat Official jedhu Subcribe naaf taasisaa na jajjabeessaa Galatoomaa 🙏

  • @amanereso5187

    @amanereso5187

    Жыл бұрын

    @@tamrat76 bjiyt . .. I'm

  • @Ibrahim-ee8fg

    @Ibrahim-ee8fg

    Жыл бұрын

    0

  • @tutaali

    @tutaali

    Жыл бұрын

    100/100

  • @tutaali

    @tutaali

    Жыл бұрын

    100/100

  • @alemukebede2268
    @alemukebede2268 Жыл бұрын

    WOW WHAT AMAZING ATTRACTIVE PLACE VIDEO QUALITY 100% MELODIE 100% GRAPHICS 100% TRANSITION 100% VOICE 100% ICANNOT STOP LISTENING THIS ADORABLE MUSIC LONG LIVE GREAT MAN !!!!!!

  • @ahmedwaalloo8968

    @ahmedwaalloo8968

    11 ай бұрын

    Xzr

  • @godanawodajo1449
    @godanawodajo14492 жыл бұрын

    Yaa sagalee, ammalee inuma jirti. Jecha biraa hin qabu, BAREEDA!

  • @tadyteshome570
    @tadyteshome5703 ай бұрын

    ኦሮሚኛ አውርቼ መግባባት እችላለሁ የዘፈን ትርጉም ግን መረዳት ይከብደኛል 😢 ምንም የማይወጣለት ምርጥ ሙዚቃ ❤❤❤❤❤

  • @bright9185
    @bright9185 Жыл бұрын

    ቆንጆ የኢትዮጵያ የፍቅር ሙዚቃ!

  • @mahleta.kassie8193
    @mahleta.kassie81932 жыл бұрын

    What an infectious melody and arrangement 👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾 the landscape is breathtaking hope this song get more views!!! 💚💛❤️

  • @mohamedabdi9902

    @mohamedabdi9902

    Жыл бұрын

    Forget about views bero love the 🎶

  • @makkaahmed1757

    @makkaahmed1757

    Жыл бұрын

    Vvv

  • @dubiwakhabteyes

    @dubiwakhabteyes

    Жыл бұрын

    . 000

  • @user-hc2kq8ii3f

    @user-hc2kq8ii3f

    11 ай бұрын

    Basol

  • @ebbaa
    @ebbaa2 жыл бұрын

    Muktaar weelluu bara baraan jiraatu waan hojjatuuf sirboonni kee duraanii ammas akka haaraatti dhaggeefatamuu ati kennaa Rabbi aartii keenyaaf nuu kenneedhaa nuuf jiraadhu.

  • @kumaoltsega8877
    @kumaoltsega88772 жыл бұрын

    Sirbaa Baay'ee bareedudha, 101% superb MIX & MASTERING and AMAZING VOICE !!

  • @yonasmulatu4045
    @yonasmulatu40452 жыл бұрын

    some born different, you are one of them. Done with love and passion. Love it😍😍😍😍

  • @EG-dd7rs
    @EG-dd7rs Жыл бұрын

    I am from Addis but all my uncles and aunts are from selale, gimbichu, debresga, feche, kuyu, abote. I love them!!!

  • @EG-dd7rs

    @EG-dd7rs

    Жыл бұрын

    Ohh muketeri two of them

  • @YayoEntertainment
    @YayoEntertainment2 жыл бұрын

    Sagalee kiilolee dhaggeeffatamee hinquufne galatoomi muktaar

  • @KasahunHailu-pd5pq
    @KasahunHailu-pd5pq4 ай бұрын

    ዋው የሚለውን ባልሰማውም መቸም አልጠግበውም

  • @mulugetagedefa297
    @mulugetagedefa297 Жыл бұрын

    I am always admiring and immersed by your amazing voice, presentation and melody. Listening hundred times, I can’t get on the top of your song Muktar, always new, always great, always lovable. You rolled Oromo song steps forward. What a man, what a voice, what a song.🎉❤

  • @user-kc7ho3gp4b
    @user-kc7ho3gp4b9 ай бұрын

    Muktar is special. Sirbi kun durba,sirba, fi gaarreen Salaalee loon irratti eege na fuuldura fide!!

  • @husseinbekele1563
    @husseinbekele15632 жыл бұрын

    Sagalee ajaa'ibaa!!! Artistii Cimaa!! Ragada/Shoboxee dinqii!! Buxxulaa Bareeda!! Amazing Artist!!!

  • @abdinuressa1552
    @abdinuressa15522 жыл бұрын

    My all time favorite legendary Artist Muktar 🍾

  • @mesikedokedo731

    @mesikedokedo731

    2 жыл бұрын

    Dhugaa ketii anafif akasuma

  • @adugnaalem
    @adugnaalem2 жыл бұрын

    Weye Galatommii yaa kodhee koo 🙏🏽💕

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Subscribe naf godhi me sanyii ko

  • @Qubee-Entertainment.

    @Qubee-Entertainment.

    2 жыл бұрын

    kzread.info/dash/bejne/dHxoxaSbpK-od7Q.html

  • @sorsabirraa5163
    @sorsabirraa51632 жыл бұрын

    Sagalee bareedaa ijoollummaa keenyarraa hanga har'aa dhaggeeffachaa guddanne! Nuuf jiraadhu! Ammoo warra "Dabalee ilkaan warqii" sana dallaa isaanii jalaa altufaa fi aanquu guurrachaa guddanne!

  • @obsaasaba1220
    @obsaasaba12202 жыл бұрын

    Welesaa muktaar usman heduu namatii tolaa walistotaa hedaa keessaa namnii sagalee hin jijiratiin isumaa sagalemaa dur qabaa heduu namatii tolaa

  • @wabitube899
    @wabitube8992 жыл бұрын

    Muktaar usmaan ajaa'iba hojjette❤💚❤

  • @highlandcoffeedevelopmentp2930
    @highlandcoffeedevelopmentp29302 жыл бұрын

    Wow, Muktar the best. Always love your poems. Long live for you. Best music which makes me look my inner and bring me to peace.

  • @ibsaoromia4152
    @ibsaoromia41522 жыл бұрын

    MUKTAR Keenya Abbaa Artii Oromoo jabbaa Namaa Sagaaleen isaatuu ppp osoo Musiqaan cinaa isaa hin jaranee hu Qaawwee dha❤💚❤👌🙏

  • @abdallaahershoo
    @abdallaahershoo2 жыл бұрын

    Leniccaa ilimmaa sabbaa jabadhuu bayyee namattii tolaa

  • @nufiramtube7830
    @nufiramtube78302 жыл бұрын

    Hojii jabduu, Galatoomi Muktaar!

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Sanyii ko subscribe naf godhi me

  • @nufiramtube7830

    @nufiramtube7830

    2 жыл бұрын

    @@tufaaguraaraa hayyee, atillee kiyya itti tuqime!

  • @nafyaddiriba7687
    @nafyaddiriba76872 жыл бұрын

    One of the legend Artist who is famous of cultural dance! melody 100% Graphics 100% place: Muger mountain and its area

  • @iluumedia8866
    @iluumedia88662 жыл бұрын

    sirbaa kana nama tahee Kan jibbuu jiraayii....ayii sagalee hin hafneem.....gootaa muziqaa nuuf jiraadhuu abbaa sagalee addaa.......bayee bareeda Akka duritiis Akka hamaattis love you

  • @NeguseKibret-cr4gy
    @NeguseKibret-cr4gy8 ай бұрын

    Muktàar!abbaa sagalee bareedaa!fayyaa guutuu fi umrii dheeraa siif haa kennu kormicha oromoo!!

  • @teshomeassefa9526
    @teshomeassefa95262 жыл бұрын

    Muktar Usman is an embodiment of Oromummaa! Dear Muktar you have taken Oromo song to its next level and I am pretty sure that other Oromo singers have a lot to learn from this excellent work of yours!!

  • @tamrat76

    @tamrat76

    2 жыл бұрын

    KZread koo tamrat Official jedhu Subcribe naaf taasisaa na jajjabeessaa Galatoomaa 🙏

  • @yonasmulatu4045
    @yonasmulatu40452 жыл бұрын

    My childhood pride, I used to feel proud of being OROMO when I listen to his music on public medias.

  • @tesfugelan3709

    @tesfugelan3709

    2 жыл бұрын

    Me too. U speak ma mind dear senii subscribe godhii

  • @tamrat76

    @tamrat76

    2 жыл бұрын

    KZread koo tamrat Official jedhu Subcribe naaf taasisaa na jajjabeessaa Galatoomaa 🙏

  • @Obseesallalee
    @ObseesallaleeАй бұрын

    Wowww kani Akka sirbaa kanaa naati toluu hin jiruu dhugaa waaq ❤❤❤❤❤

  • @usmiusmi5197
    @usmiusmi5197 Жыл бұрын

    ኦሮሞ አይደለሁም ይህን ሙዚቃ ግን እንዴት እንደወደድኩት በጣም ያምራል👌👌👌

  • @H2o-581
    @H2o-581 Жыл бұрын

    its my daily music, i love it ,, I can't stop listening this amazing music from East bale , Ginir, Rayitu, robe, goba, asasa shashe, upto Addis Ababa,1 month round trip. Muktaar Usuman we thank you for your amazing music 🎶 so

  • @fariidabda

    @fariidabda

    Жыл бұрын

    Gooto Oro 🥦👈 🙏🙏🖐️

  • @jillogalgalo4980
    @jillogalgalo4980 Жыл бұрын

    Can't get enough of this 🥰 the song is on 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🇪🇹 🇪🇹 amazing oromo song 🎶 love you all my OROMO people 😘

  • @TamammAQadiirAQadiir-yd8cw

    @TamammAQadiirAQadiir-yd8cw

    Жыл бұрын

    Hii

  • @TamammAQadiirAQadiir-yd8cw

    @TamammAQadiirAQadiir-yd8cw

    Жыл бұрын

    Jiraa jirtuu

  • @user-qc9lq5vm4d
    @user-qc9lq5vm4d2 ай бұрын

    What a beautiful song with such an amazing vocal.

  • @usmanbedaso2688
    @usmanbedaso2688 Жыл бұрын

    💚❤💚❤💚❤ walabu Entertainment keenya.

  • @abdii2253
    @abdii22532 жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤ abeet sagalee

  • @tufaaguraaraa

    @tufaaguraaraa

    2 жыл бұрын

    Subscribe naf godhi me sanyii ko

  • @girmareta2889
    @girmareta2889 Жыл бұрын

    uuuuuffffff...Love it so much!! Kennaa sagalee keetu adda 😍🤩😍😍Thanks Walabu Entertainment too!

  • @Anaaf4
    @Anaaf42 жыл бұрын

    Sagaalee isaa hedduu naatti tolaa 👏

  • @nuriyaibrahim9088
    @nuriyaibrahim90882 жыл бұрын

    Nama. Ciimaa dhuugaa bayyee sii jaaladhaa jetejette ittii dhiftii malii nugotii dhuugaa keetii sabbonaa koo qashitii nama😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘

  • @abadirali2287
    @abadirali22872 жыл бұрын

    I like specially the arrangement of this music!! Bravo Abreham Kidane

  • @netsanetabebe2059
    @netsanetabebe2059 Жыл бұрын

    Am so addicted to this music 🎶🎶🎶🎶 listening all z day & night 🥰🥰🥰

  • @fatiyamohammed5902
    @fatiyamohammed59022 жыл бұрын

    Woowwww bayee nama tolaa 👌👌👌👌👌👌

  • @yeroodhuma
    @yeroodhuma Жыл бұрын

    Dhalaan sirba kanaan maraataa jirti muktaar sagaleen kee hedduu namatti tola galatoomi❤❤❤❤❤

  • @Tchalla_supreme_
    @Tchalla_supreme_2 жыл бұрын

    Muktar ur voice is timeless and your lyrics are sweet , keep it up and teach these new artists how to put emotion and melody in their songs !