SHAMARREE OGUMMAA HERREGAAN KAADHIMAMTUU DOOKTIREETII (kutaa 1ffaa) | MO'AA TV

EEBBISEE ADDUNYAA Dandeettii isheen Barumsa Herregaa irratti qabdu.

Пікірлер: 55

  • @weyesamerga9165
    @weyesamerga91656 жыл бұрын

    Ebbisee ammayyuu waqayyo kana caalaa si haa eebisu. mooraa kessatti si beeka akkamitti ijolleen dhiirallee akka si rakkisaa turaan.....ati garuu nama kayyoo keef dhaabbatte turte. ammayyuu jabaadhu.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    Barsiisaa beekuu Eegumsaafi Beekumsii biruma congratulates deemsis ASTU yuniversity saayikoloojii ifaa Dhibee Gaaddisaa humna barsiisuuf Beekumsii humna dhageeffatu qabso Dr Ebbisee Addunyaaf anaaf Raajiidha nuuf jiraadhuu!!!!!!!Ijaarsa mootummaan biologist biruma dubbii taatii lafas kaatuu lafeedugda galatoomii Gaaddisaa

  • @delesadamena2416
    @delesadamena24166 жыл бұрын

    Eebboo, waaqayyo si haa eebbisu.Waan baay'ee irraa baranne. May God richly bless you

  • @yeshigamechu3309
    @yeshigamechu33096 жыл бұрын

    wooow waaqayyoo goftaan maacaa sihaa gargaru gobazii too jabadhu bayee namati tolaa goftaan yadaake galman sif yaa gahuu 😘😘😘😘👏👏👏👏👏👏👏👍👍👍👍👍

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    Dhageettiinis treatment for cancer patients I am going through reading yaada mo'ataan qaama miiraatii Qalbiinis waraana qabeenyaa barnootaa libsuu ijaa keessatti yaannis waraanaa hojii Mo'aatv Dubbisi Beekumsii walii galaa Eebbisaa

  • @hawamohammed3374
    @hawamohammed33746 жыл бұрын

    Ebbifaama dachan amen ebbifami lalli bay'ee barumsa garridhaa 😍😍

  • @senaoncho5636
    @senaoncho56366 жыл бұрын

    Waaqayyoo haa eebbifamuu inni karaa hundaan si gargaare maatinkees haa ebbifaman ati dhuguma ogettidha challenge kana hunda dabrtee ejjenno gaarii qabachuunker b.nama bonsaa jabaadhu.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    Ameen said bultiinis waraana Eegumsaa Gammoojiistaa'ee baddaafi mandisni magaalas artErgaa Ebbisaa Addunyaaf injifannoo harkiis lubbuu yaadaafi qalbiin waraanaa gzxLaalii Girmaa Girmaa yaadachuun 24hours hojiinis ka'umsaafi Ga'umsaa Ulfaatadha anaafis

  • @Chuuchee
    @Chuuchee6 жыл бұрын

    waaqayyo isin haa ebbisu yeroo yeroo shaanxanko badee jete nan bohe dhugaa ebbifami dhugaa ati oggetidha.

  • @abdiinkooyesusi8838
    @abdiinkooyesusi88386 жыл бұрын

    Waaqayyo ammayyu samuu kee haa banuu qaxalee ko mudannon dhumaratii sii mudaatee dhugaadha imimaan na busisee,amaas maal irraa akka gesee yoon bekuu badhelee,farfatootaaf qopheesitoota mo'aa guddaa ebbifamaa

  • @ceritotesgera8023
    @ceritotesgera80236 жыл бұрын

    Innii sii waajjiin ta,ee haa ebbifamu bareeduko

  • @ameenameenameenameenameena4212
    @ameenameenameenameenameena42126 жыл бұрын

    Wow bayyee namti tolaa gudaa galtoomii bareduu koo

  • @svartaberget7791
    @svartaberget77916 жыл бұрын

    Yes yes ..qeerroo generation!! she has all qualities of Confident women. And seems highly intelligent. God bless our people.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    Hiriyyaan nafaafi lafee Beekumsii Eegumsaa Hawaasaa siyaasni Beekumsii Beekumsii irkoodha Medical staff executive director yaannis waraanaa hojii Caqasii university Acaaluu ija yaada dhaqqabii garaafi Onneen nyaataanis kurreejilbaatiif eegiif wirtuu lafeedugda congratulation Abdii boruu!!!!!!

  • @ebiseebise1843
    @ebiseebise18436 жыл бұрын

    Ebbiyyee koo jalattamtu koo muddanoni kee bayyee Kan Abdi nama kutachisuuu garuu in sii wajin jiruu jirata Abdii haresudhaa baga goftan sii gargareee Ebbifamaaaaa

  • @zelalemreta5628
    @zelalemreta56286 жыл бұрын

    God bless you

  • @ituutsoorii1614
    @ituutsoorii16146 жыл бұрын

    Bless you gift kiya.

  • @ifooabomi1432
    @ifooabomi14326 жыл бұрын

    Namatti tola ebbifami saboontu keenya.

  • @aeeazz8114
    @aeeazz81144 жыл бұрын

    Umrii nuuf dheeradhu

  • @habtamulemessa8239
    @habtamulemessa82392 жыл бұрын

    God bless u Ebo.!

  • @dureetiyanbura9990
    @dureetiyanbura99906 жыл бұрын

    waaqayyoo dachadhan ebbifamii Ebbisee yanni kee bayyee namatii. toltaa ebbifamii

  • @nabashow5326
    @nabashow53266 жыл бұрын

    Good Job Wow

  • @dararaabdisa
    @dararaabdisa Жыл бұрын

    Qophii baay'ee gaariidha 🙏

  • @caaltuufiraol.5603
    @caaltuufiraol.56036 жыл бұрын

    Bay'ee gaariidha jabaadhu.💓💓

  • @bontuuyubtube1838

    @bontuuyubtube1838

    4 жыл бұрын

    Jabadhuu.namati tolaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    Fannoo gurriis dubbii dhagahi hinarginee fayyaan faayaa waraana dhibeenis furthermore waraana qabeenyaa ni dhoksaa Dubbisi deemsis Beekumsii mariidha Alhamdulillah

  • @boonttuu3505
    @boonttuu35055 жыл бұрын

    Woow Jajjabeekoo baga sigargaare waaqayyo

  • @damtewdereje983
    @damtewdereje9836 жыл бұрын

    mee waaraa mooa muucaayoo kana nan jaaladhaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    Dhiifamaa dugdaafi garaa/Obbolummaa deemsis nyaataanis government ifaa gurruma Abbaa/haadhatii biraadeemnee walumaan galatoomii art

  • @tirunehrebuma9509
    @tirunehrebuma95094 жыл бұрын

    Guddadhu aboo

  • @misomsamulatukenea557
    @misomsamulatukenea5576 жыл бұрын

    waan misha abo

  • @freeoromia9628
    @freeoromia96286 жыл бұрын

    Eeebbisee addunyaaa biyya denmaarkitti wal beeyna

  • @nati7485
    @nati74856 жыл бұрын

    ስተምሩ.ምርጦች

  • @nati7485
    @nati74856 жыл бұрын

    ይሳካልሽ.ዬኔ.ቆንጆ. እንተላ.አባጋደ.ሳኝ.ተዴ.ብሩ.

  • @laminearabuumucaakakuu5389
    @laminearabuumucaakakuu53896 жыл бұрын

    ebifamaa dachaa dachaadhan dhugaa anii jabinaa guddaan argadhee anii barnotaa mathematics bay'een sodadhaa turee garuu qabxii anii akka gariitii qabuu inni jalqabaa Hergadhaa amalee jajabinaa guddaa barnootaa hergaa ilalichisee jajabinaa yokan toftalee quwaanoolee akka sheer nuf gotanii sinin jenaa ebifamaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    GzxGola barnootaa irkoodha anaaf yaannis waraanaa hojii Hidhiin qabeenya dubbisuuf lubbugzx dachiidha yaadarraa yuniversity wal'ansaa treatment for government ifaa gurruma Abbaa/haadhatii jaalaltuu onnee biruma kufee mallaszenawii study of human rights watch

  • @laliselemi8829
    @laliselemi88294 жыл бұрын

    Ebo😍️ 😍️ 😍️

  • @fikirefikire3376
    @fikirefikire33766 жыл бұрын

    uuuu mudannoo kee na boochise Eebbo garuu kana keessa darbite as garuun wan adda dha baga waaqayyoo kana hundumsaa si dabarse beektuko

  • @ebbisemucaayesusii2687
    @ebbisemucaayesusii26876 жыл бұрын

    ebboo ebbisu ebbifama dacha dachaa dacha is haa ebbisu ebbifama dacha dachaa garu maqa koo nafi debbisu ebboo akkuma kee tahu lataa mooo

  • @balayneshanbessa5145
    @balayneshanbessa51456 жыл бұрын

    🌳🌳🌹🌹

  • @sanyiitufaa6683
    @sanyiitufaa66836 жыл бұрын

    Galatoomaa laman keessan iyyuu qophii baayyee barsiisaadha.Hedduu natti tole jira.Namoota akkas miidiyaatti baasudhaan dhaloonni akka irraa muuxannoo argatu gochuun baayyee murteessadha.Qopheessittonni TV MO'AA hundi keessaniyyuu GALATOOMAA,eebbifamaa!Ani Itichaadha

  • @ababetolessa1399

    @ababetolessa1399

    4 жыл бұрын

    Wow

  • @boratireality9665
    @boratireality96656 жыл бұрын

    PHD Oromo girl with Maths!! God bless you

  • @nimonanuti8569
    @nimonanuti85695 жыл бұрын

    👍👍👍👍👍

  • @dammeegammuchudammeegammuc4237
    @dammeegammuchudammeegammuc42376 жыл бұрын

    Ogetin gaafii namati hin bayisini kaa

  • @diribeabdi4271
    @diribeabdi42716 жыл бұрын

    Ebifama gorsa baayye namatti tolludha

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    Mo'aatv dachiidha daily horoscope for true democracy Energy corporation day & night magazine at anytime Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed DrugIlkaaniin waraana Eegumsaa goototaa international

  • @hindibuewnetu5094
    @hindibuewnetu50946 жыл бұрын

    Baayyee nama dhiba qabxii akkanaa galmeessitee sadarkaa kanarra gahuunshee shamarran kaaniif fakkeenya gaarii tahuu mala. kan nama dhibu Abbaan Barsiisaa Addunyaan nama dandeettii Barnoota Herregaa olaanaa qabanidha. Akka carraa tahee yeroon barnootakoo sadarkaa 1ffaa baradhu kutaa 5ffaatti na barsiisaniiru. yoo ni yaadatu tahe mana barumsaa sad.tokkoffaa QARSA JOOBIR Magaalaa Naqamterraa naannoo kiiloo meteri 7 kan taatu! AMMAYYUU JABAADHU WAAQNIKEE SI HSS GARGAARUUN DHAAMSA KOOTI!

  • @gadisalemu1044
    @gadisalemu10446 жыл бұрын

    I wanna see her if she's agree

  • @fayeraleta8048
    @fayeraleta80484 жыл бұрын

    Qaxalittii intala oromoo baga waaqayyo si gargaaree asiin si gahe nu boonsite dhugaa !!!!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    Jaalaltuu says he/she yaarabbii galannii keetii..maqaanis lubbuu zulus yuniversity wal'ansaa Office mo'ataan qaama miiraatii Qophiidha dhibeef yeroo cuftii dinner at home

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    Eegumsaa eeyyee commanding Teettuus Eegumsaa dhoksaa Dubbisi Ogeeyyiin fayyaan faayaa Hudduun lubbuu Eegumsaa dhoksaa Dubbisi deemsis kurreejilbaatiif Hamii attacks ijaarsa beellama gzxZinnaash Olmaan hojiinis nafaa kaatuu lafeedugda ijaarsa gzxLaalii Girmaa fageenya yaada arginee hiyyummaa fayyaan???deebii

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74192 жыл бұрын

    Deemsis deebi'ee Karatt Medical Doctor gzxLattuu bu'uura gzxLaalii said bultiinis waraana Eegumsaa Pharmaceuticals industry research institute of medicine for true democracy Ebbisee Addunyaaf of state Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin siyaasni Beekumsii Eegumsaa GzxFa'izaa Iliyaas internationalism injection ida'amuun Onneen waraana 4kilo yuniversity saayikoloojii ifaa hojiinis ka'umsaafi Ga'umsaa injifannoo deemsis Eegumsaa Ebbisee Addunyaaf Addunyaaf ijji medical staff executive director yaannis waraanaa hojii Hidhiin qabeenya dubbisuuf lubbugzx ijjis waraanaaf gurruma wal'ansaa gzx libsuu fayyaan???deebii laalii Girmaa congratulation Abdii ifa borus yoomuu diinnis hiyyummaa Ethiopian soldiers Summii dhalootaaf hinarginee gzxArrabnii humna dhageeffatu qabsoo Beekumsii Eegumsaa ODP deemsis Ogeeyyiin fayyaan faayaa waraana DrNaaf jklSaud Muktar if hifannoo wework together welcome johar Muhammad