Qophii Sammu Miidhamtootaa Kutaa 11ffaa Oolamaya Guyyaa 1kkoo Wajji Dabarsine Daawwadha.

Фильм және анимация

Jafe Tube

Пікірлер: 271

  • @butujikowaraamaccaa
    @butujikowaraamaccaa10 ай бұрын

    Jiraadha ijoollee oromoo umrrii dheeradha waaqayyoo isin wajjiin haa ta'u !

  • @abdisahaji
    @abdisahaji11 ай бұрын

    All of them are legends. They are brilliant. May Allah heal them 🙏 ♥️ ❤️

  • @user-kk5gk4mo1z
    @user-kk5gk4mo1zАй бұрын

    jiradha rabini isinira hajaltu jeramo rabin hafayisu ❤🎉

  • @XamdaMohamed-fl4ph
    @XamdaMohamed-fl4phАй бұрын

    Maaaaaasha alah wly obaleyan kiya qaqali jiradha waga kuma rabin isinira ha jaalatu hedu nama gamachisa jaabadha dhuga waan gaari daleydan woooow barnota guda dha wly

  • @user-zx8ir8sc6w
    @user-zx8ir8sc6w4 ай бұрын

    Hojii bareeda dalagnii baay'ee baay'ee galatooma!!! ❤❤❤ Baay'ee isin jaalannaa❤❤❤ ulfaadhaa haa haaaluma kanaan itti fufaa!!!!

  • @RomanRoman-ky4ci
    @RomanRoman-ky4ci9 ай бұрын

    Mee jarasaa kana itti debisaa rabbi jedhatii heddu nama dinqaa❤❤❤

  • @KindesaAbdurezak
    @KindesaAbdurezak11 ай бұрын

    Jabaadhu leenca kiyya Rabbiin addunyatti si haa mullisuu

  • @YasminUsman-vb6mr
    @YasminUsman-vb6mr11 ай бұрын

    Wly M,allah heedu takka umrii nuf dheeradha yada murada keysan isinifi haa gutu isanis samu sani rabbi haa deebisufi kuta 12th itti nuf fufa isin jaalana ♡♡♡♡♡♡♡

  • @bareedauumaatube311
    @bareedauumaatube31111 ай бұрын

    Qophii tola ooltummaa qaama miidhamtootaa hedduu namtti tola ❤❤❤❤❤❤jaffee jabaadhu

  • @imaanmuyee4013
    @imaanmuyee401311 ай бұрын

    Mashallah Rabbiin isirraa haa jaalatuu hojii bareeda jabaadhaa

  • @Mansuryusu
    @Mansuryusu11 ай бұрын

    Wallah waan gaarii jirtaan❤ Nutilleen kan biyya kheessa nuhirmaachisa. "Sijaaraa takkaan dhuga"😂😂😂

  • @mohammedabdurehmen
    @mohammedabdurehmen10 ай бұрын

    Masha Allah Obboleyyan koo Hedduu nama Gamachisa Dalagan kessaan ❤❤❤❤❤❤

  • @user-ex3hp8mz6p
    @user-ex3hp8mz6p11 ай бұрын

    Good job bro 🎉from Samburu county in kenya

  • @foziijimaa2080
    @foziijimaa208011 ай бұрын

    Masha Allah ❤❤Rabbin sihaa jallatu yaa Jafar 🎉❤

  • @nebrasabdureman
    @nebrasabdureman11 ай бұрын

    Jafe fi sharmake wan gaaritti jirtaani jabadha..

  • @hangatuadem9188
    @hangatuadem918811 ай бұрын

    My proud of you jafe from USA

  • @user-sp3nh8uy8o
    @user-sp3nh8uy8o11 ай бұрын

    Masha allah Masha allah tabarakallaah jajabadhu Insha allah ❤❤❤❤❤

  • @MahdiiMaayaaOfficia
    @MahdiiMaayaaOfficia8 ай бұрын

    Maashaa Allah jafe jabaadhu waan gaariirra jirtaa rabbiin si Haa gargaaruu

  • @user-un3ip6vt3k
    @user-un3ip6vt3k11 ай бұрын

    Mashaalha rabini isinira haa jallatu❤

  • @user-gl5tz9zs2m
    @user-gl5tz9zs2m11 ай бұрын

    Bayee bayee akkaa namaa tokkotii naa gamachiisee ulsadhuu galatoomiii atiif waraa wajiin hirmateew akka hordofaaa ketiitii isiin galatomfadhaa jabadhaa rabiin isiiin Haa miilkesuu jazaan keessaan janataa Haa ta,uu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ImaaneShaafii-om1zq
    @ImaaneShaafii-om1zq11 ай бұрын

    Mashala Waly wan gaarii jirtaa jabadhu biro

  • @BILAALSHITTO
    @BILAALSHITTO18 күн бұрын

    Wlh qophii addaati itti fufuu qabaa my bro jabaadhu

  • @abdiibobasaa
    @abdiibobasaa11 ай бұрын

    Galatoma ❤ jafee. Qopiilee Akanaa Tanaa Nuf. Bayisii. itii fufii Umrii Nuf dheradhuu Abayee ko❤

  • @user-xl5qk2uo7d
    @user-xl5qk2uo7d10 күн бұрын

    Jamaal rabbi isiniif Haa kaffalu akkataan isin osoo hin jibbine isaanitti dhiyaattan nama dinqisiisa!!!!!!! Galatoomaa:

  • @user-mw1ds4zg8h
    @user-mw1ds4zg8h6 ай бұрын

    Mashaallaahaa mashaallaahaa jafe si jalanaa

  • @alquaalain8998
    @alquaalain899811 ай бұрын

    Masha allah jezaa kessan rabbin sinif ha kafaluu❤❤

  • @eromiyaeromiya3852
    @eromiyaeromiya385211 ай бұрын

    Galatoomaa oromo koo jaafee keenyaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @sabbontusaba3101
    @sabbontusaba310111 ай бұрын

    Mashaallaa Mashaallaa rabbiin isiin irraa haa jalatu

  • @RahaoroShow79
    @RahaoroShow7911 ай бұрын

    Wl wr wb Mashalla Mashalla rabin sira jaltu qali nama jabdhu jaba kena iti fufii ❤❤

  • @kokokoko7457
    @kokokoko745711 ай бұрын

    Mashaa allaaa wolahii waan bayee namaa gamachisu dalagdee goftaan oltahee yeroo kaan kesaan hundaa ifaa gamachuun isin hajirachisu fayaa sif keneele sif ha'eguu rabiin rabiin oltahe akaa atti yadee olitti yadaake gutee akaa namaa kanaa gamaachufte sihaa gamachisuu

  • @tutugarba5629
    @tutugarba562911 ай бұрын

    Akkanuman itti fufa Rabbi Eda’ee hakenuf isinifis Rabbi isin ha kennu Rakkata kennas hakenuf

  • @user-ld2hg3km8e
    @user-ld2hg3km8e11 ай бұрын

    Jaffe galatoomi atti heddu takka

  • @ibrahimhassan5902
    @ibrahimhassan590211 ай бұрын

    ❤❤ Masha Alah Taqabal Alah ijaa hamtuu isiininira haqabuu Rabin wly

  • @bajootamameofficial
    @bajootamameofficial11 ай бұрын

    Rabbiiin isiin hundurraa haa jaalatuu ❤❤❤

  • @tegesttegestgeet5606
    @tegesttegestgeet560611 ай бұрын

    😢😢😢jafee koo❤❤❤❤❤rabbi sinaraa yaa jalatuu 🥰🥰

  • @jituuintalaaarsiilixaashas9956
    @jituuintalaaarsiilixaashas995611 ай бұрын

    Misikinaa wallhi rabbiin jazaa keessan isinfi haa debisuu 😭😭😭😭😭😭yaa rabbii kiyaa fayaa jaraa debisifi sitii waan jabatuuu😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @halfiyaahmed7639
    @halfiyaahmed763911 ай бұрын

    Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla hoji gari dha itti fufa

  • @IbsaaAbbaas-lq6id
    @IbsaaAbbaas-lq6id11 ай бұрын

    Ws wr wb sin jaaladha jafe sahiba naa godhu hayaa

  • @madinatarboosh3874
    @madinatarboosh387411 ай бұрын

    Mashallah mashallah rabbii isiniraa haa jalatuu

  • @user-zt8my7ho6e
    @user-zt8my7ho6e3 ай бұрын

    Mashallah jabadhuu jafe

  • @user-ei9qt8ts5i
    @user-ei9qt8ts5i11 ай бұрын

    Wow wow mashaallah wlh jaffe

  • @muddiin_oro
    @muddiin_oro11 ай бұрын

    Maal. Gurgurtee jettee sharmarkee♥️

  • @birrashow2914
    @birrashow291411 ай бұрын

    wow masha allah jafe&jundii funny😂😂😂

  • @user-pr6cu3jb6x
    @user-pr6cu3jb6x11 ай бұрын

    Wow Marsha.ala bane.e nama gamachisa wan bareda dalagadanitan

  • @user-lm7ff5cb3x
    @user-lm7ff5cb3x11 ай бұрын

    Masha allah❤❤❤

  • @oromiyaoromiya7709
    @oromiyaoromiya770911 ай бұрын

    Waa'aaleykumasalam warahamatulahi wabarakatuu uuuuuuuuuuuuuuf yaa rabbii faya isaa debisifii Obolesaa kiyaa kanii malaqaa ergee hadhaa manaa isaa wajuu rabbiin umrii isiin haa dheresuu hamtuun Ana alii kessaan guttuu hin tuqiin keriin isiin hin darbiin❤❤❤ Obolesaa kiyaa kanii amanaa irraa futelleee rabbiin yaddaa muradaa kee sii haa guttuu

  • @TokkummanHumnna-ir2tw
    @TokkummanHumnna-ir2tw11 ай бұрын

    Jaffe tube nama gammachiiftta,jabaadhu

  • @useydiabdusalam2344
    @useydiabdusalam234411 ай бұрын

    Pirank nuraa tutee jafee kenyaa

  • @fuaadadam8237
    @fuaadadam823711 ай бұрын

    Jabadhuu.jafe.ittii.jirtaa.

  • @nuriyaidirisjilo9271
    @nuriyaidirisjilo927111 ай бұрын

    Mashallaa Mashallaa rabbii sirraa haa jalatuu ishallaa ❤❤❤❤❤

  • @mahamaadyewaloolij6887
    @mahamaadyewaloolij688711 ай бұрын

    ❤️❤️❤️❤️🙏

  • @mahommadahamad-ri1jk
    @mahommadahamad-ri1jk11 ай бұрын

    Masha allhh masha allhh ijarraa hafii jafee

  • @user-ub8gw6pr1k
    @user-ub8gw6pr1k11 ай бұрын

    Mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa Rabi sirahajalatu jabadhu rabi sihagarigaru

  • @FamiAbdi-sz9em
    @FamiAbdi-sz9emАй бұрын

    Jabadha iman oro teya

  • @Sofianagaash
    @Sofianagaash10 ай бұрын

    Mashaalla rabbin sir ha jalatu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-kc3mv5se3t
    @user-kc3mv5se3t11 ай бұрын

    Wow!,jafe maashaa allaah 1:35

  • @AhmadEHassanahmad
    @AhmadEHassanahmad5 ай бұрын

    Masha allah

  • @RamadanMohamed-zr3ev
    @RamadanMohamed-zr3ev11 ай бұрын

    Woww namni oromoo kun nama dararuu hinfadhu 😢😢 mashaa allah

  • @aliaalia6625
    @aliaalia662511 ай бұрын

    Mashalaa mashalaa jafe nuufi jiradhu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hdks432
    @hdks43211 ай бұрын

    Mashaa Allaaha ❤❤❤

  • @nasirjamaalnasirjamaal1506
    @nasirjamaalnasirjamaal150611 ай бұрын

    Mashaa Allah

  • @mammodriba7630
    @mammodriba763011 ай бұрын

    Geta yibarkih ❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @BilisummaaSabaa-io8gl
    @BilisummaaSabaa-io8gl11 ай бұрын

    Maasha allah

  • @nanboontamee
    @nanboontamee11 ай бұрын

    Wow 😲😳 Amazing

  • @obsaagursum5735
    @obsaagursum573511 ай бұрын

    Wow masha allah

  • @zenebechwasiyhun6092
    @zenebechwasiyhun609211 ай бұрын

    wow bro thank you 👏❤🙏❤🙏

  • @Wankooshow
    @Wankooshow11 ай бұрын

    Dansaadha. Continue more language..... Jajjabaadhu.

  • @fgff9023
    @fgff902311 ай бұрын

    MashaAllah ❤❤❤❤❤❤

  • @user-dp4qc8zq8b
    @user-dp4qc8zq8b11 ай бұрын

    Jabadhu jafe

  • @MadaiSzv-fm2ru
    @MadaiSzv-fm2ru16 күн бұрын

    Jabadhuu bro kiyaa

  • @user-cm9tz6wz3g
    @user-cm9tz6wz3g11 ай бұрын

    Wow masha alha

  • @QalbeeYusuf-ek9rp
    @QalbeeYusuf-ek9rp11 ай бұрын

    Masha alh ❤❤

  • @MameTb
    @MameTb11 ай бұрын

    MashaaAllhaa 🎉

  • @askuumicooiyasuuuuuuus6085As
    @askuumicooiyasuuuuuuus6085As11 ай бұрын

    wwwww jiradhaa umuurii dheraa ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @user-ej9jz5ji1r
    @user-ej9jz5ji1r8 ай бұрын

    Maashaa alhhaa😊

  • @samirasiraj6607
    @samirasiraj660711 ай бұрын

    Mashalha ❤❤❤❤

  • @abdurahmandeku9833
    @abdurahmandeku983311 ай бұрын

    Jabadhaa.bardudhaa

  • @RammeIsmaaciil
    @RammeIsmaaciil11 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @barruuentertainment5257

    @barruuentertainment5257

    11 ай бұрын

    Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏💚♥️🎉🎉🎉123%

  • @beytubanii7948
    @beytubanii794811 ай бұрын

    Jarsa sana ni beka haromaya gobe salma obbolesi isati xiqo faya hin qabu

  • @neimadire2893
    @neimadire289311 ай бұрын

    Masha Allah ❤❤❤❤10000%

  • @FesalAbduraman-cv2gl
    @FesalAbduraman-cv2gl11 ай бұрын

    Mashaa allaha rabbi sirrahajalatu

  • @islsmictube
    @islsmictube11 ай бұрын

    Mashaa allaah

  • @hangatuadem9188
    @hangatuadem918811 ай бұрын

    Keep up

  • @HamdaAbdourame
    @HamdaAbdourame21 күн бұрын

    Msha Allah🎉🎉❤❤

  • @CabdiqaniMaxamed-bc1dt
    @CabdiqaniMaxamed-bc1dt10 ай бұрын

    Hoji gari dalayte walahi

  • @MuazeMahmud
    @MuazeMahmud11 ай бұрын

    Kkk ww heddu namatti tolti

  • @abdiiabrahimmohammed6799
    @abdiiabrahimmohammed679911 ай бұрын

    Masha Allaah

  • @Mirqansashow
    @Mirqansashow11 ай бұрын

    Masha'allah

  • @user-ei6ir3in4t
    @user-ei6ir3in4t5 ай бұрын

    Mashaajabadha

  • @user-yi4pk9vw8h
    @user-yi4pk9vw8h3 ай бұрын

    It is good job

  • @user-wv7nt5sv5b
    @user-wv7nt5sv5b11 ай бұрын

    Mashaalla mashaalla ❤❤❤❤❤

  • @oromiyaabiyaakoo32
    @oromiyaabiyaakoo3211 ай бұрын

    Maashaa aallahaa

  • @jamalmohammed-kv8gp
    @jamalmohammed-kv8gp11 ай бұрын

    Masha Allah

  • @Faiz1love
    @Faiz1love11 ай бұрын

    Galatomi hedduu Kheessa ko qaalii namaa itti fufaa

  • @obsaabrahim1740
    @obsaabrahim174011 ай бұрын

    Jafee pirankii polisaa san ni dhiftee maliff kan sharmarkee san malif gad nuu dhifnee si egaa jirra barr

  • @user-ms1kg2ob8f
    @user-ms1kg2ob8f5 ай бұрын

    Mashallah🎉❤

  • @abdulemoo935
    @abdulemoo93511 ай бұрын

    Masha Allah ❤❤❤❤❤

  • @user-nm1rn7nv1o
    @user-nm1rn7nv1oАй бұрын

    Mashiimashi Aihmas ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hamzaahmed3633
    @hamzaahmed363310 ай бұрын

    Itii ha fufuu dhugaa❤❤❤

  • @HaleemaHa-qf1kl
    @HaleemaHa-qf1kl11 ай бұрын

    Mashallah mashallah 😭😭😭🤲☝

Келесі