OROMIA11: "Qubeellaan gaa'ila kootii rakkoo oromoo hin caalu, kanaaf gurgure" Eng. Kara Deemaa

OROMIA11: "Qubeellaan gaa'ila kootii rakkoo oromoo hin caalu, kanaaf gurgure" Eng. Kara Deemaa

Пікірлер: 143

  • @hanalove9880
    @hanalove9880 Жыл бұрын

    Dhugaa waqaayyoo umurii dherraa kuma kuma jiradhuu Dhugaa yeroo atii warqiidhani sibiliili ta'uu namni hiñ bele'uu yoo jetu imimatuu naa qabe 😢😢❤❤❤❤❤❤

  • @lalifadhil5024

    @lalifadhil5024

    Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @gabbissaaalem5196
    @gabbissaaalem5196 Жыл бұрын

    Sammun siifi keenamee otoo nama hundaafi keenaamee silaa raakkoon ammi kunni silaa nutii dhufuu tuuree😍😍

  • @user-rp1je6ih4t
    @user-rp1je6ih4t Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ namni hundinu osoo akka keeti yaade oromoo fi oromiyaa asii jirtuu turee waqayyo nama akka keeti nuuf haa baay'atuu jabaa nama maatii kee walin umurii dheera jiradhuu masiyee atis galatomii

  • @Yemuu109
    @Yemuu109 Жыл бұрын

    Kara deema keenya maati keefi siini waqqayoo umurii kee nufi haa dheeresuu. Baayee sii jaalana❤

  • @MaakiiTofiqii-lw9ik
    @MaakiiTofiqii-lw9ik8 ай бұрын

    gotaa koo atii qabsawa jabaa oromo sin jaladha umri dheradhuu 😍✊️😢

  • @daandiijootee579
    @daandiijootee579 Жыл бұрын

    Namootni akka karaa deemaa utuu nuuf baayyatanii, nama kana haa jabeeffannu

  • @user-gb5qg6yu1h
    @user-gb5qg6yu1h Жыл бұрын

    Lencaa keenya umurii dheraa nuuf jirradhu ❤❤❤

  • @SeenaaBadiyya
    @SeenaaBadiyya Жыл бұрын

    Uuuuuuufffeeee waqaayyo saa ebissuu hadhoo ko jejjaa hiin qabnuu obboleeti kenyaa masii atiis nuuf jiradhaa ❤❤❤

  • @sagnimoti305
    @sagnimoti305 Жыл бұрын

    Gazeteessitu sabboontuu ulfaadhu qaalii ofii, akka dhuunfaa kooti Ing,Dani'eel haasawa saa hin quufu mucaaa umrii xiiqqa gochaan garuu haayyuu guddaa dha waaqayyo umriisaa nuuf ha dheerreessu❤❤❤

  • @user-os1mx6mr8u
    @user-os1mx6mr8u Жыл бұрын

    jabaadhu jabaa oromoon qabu ifii jiraadhu ummata keef mul'aadhu ammalle

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa Жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuufffff haan akkakee kumni maalta, aa dhalatee dhugaa keetii dhiiraa onne sibiilaa!!!!!!!!!!❤🥰😍

  • @alamayodheressa4773
    @alamayodheressa4773 Жыл бұрын

    Jiraadhu, Danii baga har'a geesse! Masaratis Kara deemaa naman jaalladhu waan dhiyeessiteef

  • @garomafanta4584
    @garomafanta4584 Жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuu dubbii dammaa nuf jiraadhuu, attii abbaa kee irraa bartee akkaa oromiyyaan qe'e abbaa kee akkaa ta'ee Animmoo sirraa baraan jira jabaa nama❤❤

  • @sinbooqananii3168
    @sinbooqananii3168 Жыл бұрын

    Jabaakoo ❤wqyoo sii haa xiksuu❤🎉🎉

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Жыл бұрын

    Dhugaa baayee nama toltu waqqayyoo siif haa ebbisuu obbolasa keenyaa nuf jiraadhuu ♥️❤️🙏🙏

  • @user-glt1219
    @user-glt1219 Жыл бұрын

    Jabaa nama waaqni,umurii kee haa dheerressu nuuf buli. atillee maasii nuuf jiraadhu!🙏🙏

  • @martatamasgen5601
    @martatamasgen5601 Жыл бұрын

    Woww bay'ee galatoomi karaa demmaa keenyaa umurii dheraa sifi haa keenu ijaa hammaa sirraa haa qabuu waqaayyoo

  • @motigalata4692
    @motigalata4692 Жыл бұрын

    Dhugaadha Daniel nama jabaadha nuuf jiraadhu!!!

  • @AhmadAli-yc9sx
    @AhmadAli-yc9sx Жыл бұрын

    Danu umurii dheradhu karaa demaa gootaa oromon qabdu masiyee atiis nuf umurii dheradhu❤❤❤❤❤❤❤💪👍👌❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @wodehord7063
    @wodehord7063 Жыл бұрын

    Uuufffff gooftan sii haa eebbisu jaabadhu Dani fuulduren kee ifa dhugaa Mesi koo bayyen sii jaladha jabadhu atile giifti koo

  • @birtukuanbekele3821
    @birtukuanbekele3821 Жыл бұрын

    Jabbaa oromo nuf jiradhuu❤❤❤❤❤❤

  • @Bona550
    @Bona550 Жыл бұрын

    Seexanni ijaan muldhattu Habashaadha. Abboo nuuf jiraadhu 🙏

  • @abdiijeylan5434
    @abdiijeylan5434 Жыл бұрын

    Leecaa koo ❤❤

  • @Cheranegasa
    @Cheranegasa2 ай бұрын

    Karaa deema jechuun qixxeen qabu dhugaa nama oromoo jaallatuf mararfatuudha

  • @DaseNegawo-yw4kn
    @DaseNegawo-yw4kn Жыл бұрын

    Karaa demaa koo jabbaa oromoo jiraadhuu❤

  • @jirayesuus7094
    @jirayesuus7094 Жыл бұрын

    Sibilii taee namnii belauun wawuu baagumma dhalatee haman siin Arguin danii koo atii qalii dhaa

  • @golisamolu2656
    @golisamolu2656 Жыл бұрын

    Horii bulii Naa jiradhu obbolleessa kiyyaa

  • @kemalararo2151
    @kemalararo2151 Жыл бұрын

    amma achis nama akkana kana fenna karaa deema dhugaa ilmaa oromotii luv u

  • @harbuuoromiyaa2471
    @harbuuoromiyaa2471 Жыл бұрын

    Qaroo Oromtichaa nuuf jiraadhu, ilmoo kee fi biyya kee irra buli❤️💚❤️🙏🙏

  • @wakogodena2626
    @wakogodena2626 Жыл бұрын

    Masii an baayy'ee Natti toltaa at cimtuudha Namoota Oromoo as bastee mudhisaataa jabaadhu cimtuu oromoo

  • @ayantutafese451
    @ayantutafese451 Жыл бұрын

    Uuuuuuuuffff darbbi jiraadhu qaali🙏🙏

  • @user-uf4en2sc4i
    @user-uf4en2sc4i11 ай бұрын

    Leencoo biyyaa oromoo ❤❤

  • @mergaamanuel9988
    @mergaamanuel9988 Жыл бұрын

    Karaa adeema ❤❤❤❤ hedduu si jaalanna jabaadhu qaalii oromoo

  • @golisamolu2656
    @golisamolu2656 Жыл бұрын

    Horii bulii'na jiradhu bro

  • @kumibahrain8137
    @kumibahrain8137 Жыл бұрын

    Leecnaa Oromoo Nuun jiradhuu❤️❤️💪💪

  • @furnemiresa1
    @furnemiresa16 ай бұрын

    Norii karaa demaa keenyaa🎉🎉

  • @zeyinebhashim9308
    @zeyinebhashim9308 Жыл бұрын

    Jabaa sabaa, umrii nuf dheeradhu❤❤❤

  • @zamzam3091
    @zamzam3091 Жыл бұрын

    Dubike dammaa Iraa mi.awakaa Hachee 2ffaa. Osoon hin qufin dhumee. Rabii ijaa budaa gommatuu siraa yaa qabuu Ummurii nufi dheradhuu Jabbakko😢♥️♥️

  • @mohegaremew6831
    @mohegaremew6831 Жыл бұрын

    Atii oromoo qulquluudhaa dhugaa qaxaalee ilmaa

  • @saraethiowater
    @saraethiowater Жыл бұрын

    Woow Jabaa oromoo RABBIIN umrii nuuf sihaa dheereedsuu❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤

  • @hawwiijaalmarroo634
    @hawwiijaalmarroo634 Жыл бұрын

    Karaa deemaa naman bayyee jaalladhu rabbiin umurii kee sif dheereesu❤❤

  • @hawigebeyehu6554
    @hawigebeyehu6554 Жыл бұрын

    Jiraadhu bara qufii

  • @tsigukabede8188
    @tsigukabede8188 Жыл бұрын

    Jabaadhuu sabonaa keenyaa

  • @YouTubemarara
    @YouTubemarara Жыл бұрын

    Ebbifamii gootaa kenyaa!

  • @almazamante6008
    @almazamante6008 Жыл бұрын

    Galatoomaa lamaan kessan. Nuu jiraadhaa.

  • @SeenaaBadiyya
    @SeenaaBadiyya Жыл бұрын

    Waqaayyo ogumaa kanuma caalaati siif haa bayyatuu hadhoo ko karaa deemaa❤❤❤❤❤

  • @jiregnadaksa8733
    @jiregnadaksa8733 Жыл бұрын

    Dhugumaan nama, nama namummaan irraa baratamu. Jecha hin qabnu, Gooftaan si haa eebbisu!!

  • @FraolTesfaye-ej9fl
    @FraolTesfaye-ej9fl Жыл бұрын

    Kara deemaa umrii dheeraa nuuf jiraadhu 💚💚💚💚💚💚

  • @biranisaedhilalaljabri1519
    @biranisaedhilalaljabri1519 Жыл бұрын

    Karaa demaa cimaa nama waqayyoo umurii Kee haadheresuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @bontehailu3521
    @bontehailu3521 Жыл бұрын

    Namaa jedhuu kan ummata ufitifi jirtu rabbii umirii sii haa dhereesuu

  • @fikadujifara9736
    @fikadujifara9736 Жыл бұрын

    Jabaadhu jabaa Namaa

  • @AbdishaYonis
    @AbdishaYonis Жыл бұрын

    jabaa namaa kan ummata fi biyyaf jiraatu kan waan qabu ummata isaaf qoodu rakkoo ummata wajjiin rakkatu tikni waaqayyo sibira haajiraatu

  • @devinarafisa815
    @devinarafisa815 Жыл бұрын

    Jabaa nama ❤ ,hamman siin argiin . Masii atilee nu jiraadhu❤

  • @YoomifanItichaa
    @YoomifanItichaa4 ай бұрын

    Darbii jiraadhu❤❤❤❤

  • @user-oo9jp6jm9j
    @user-oo9jp6jm9j4 ай бұрын

    You.are.best😊

  • @naimaisilamaa8441
    @naimaisilamaa8441 Жыл бұрын

    Namni akkanati sabba ofitifi yaddu nii jiraa hadda umri dheradhuu bro❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @birhanutolasa7062
    @birhanutolasa7062 Жыл бұрын

    Umurii dheeradhuu

  • @muhalimshaw287
    @muhalimshaw287 Жыл бұрын

    Welcome karaa demaa❤❤❤❤

  • @duresaguye5912
    @duresaguye5912 Жыл бұрын

    Jabaa nama umrii dheera nuufi jiraadhu.

  • @SeenaaBadiyya
    @SeenaaBadiyya Жыл бұрын

    ABBA mana ciimaa dubbaa haatii mana ciimtuun jirtti jedhamaa nuuf jiradhaa ❤❤❤❤❤❤

  • @user-pj5hg8vb2x
    @user-pj5hg8vb2x Жыл бұрын

    Nuuf jiradhuu ❤

  • @bishaqeefiqiru1599
    @bishaqeefiqiru1599 Жыл бұрын

    Waqayyoo umurii kee nuuf haa dherresuu ❤

  • @SeenaaBadiyya
    @SeenaaBadiyya Жыл бұрын

    Waqaayyo umurii kee nuff haa dheerreessu hadhoo kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @obseeshow9855
    @obseeshow9855 Жыл бұрын

    Daniel umurii dherra jiradhu jabaa namaa ❤️❤️🙏

  • @sifaanfayyaakoo7419

    @sifaanfayyaakoo7419

    Жыл бұрын

    ❤❤Onneen Oromia 11 Karaafi garaan dhoksaaOMN Dubarttoonnii ilmaan birattii hiikkaattee hidhannoo hikkannee Dhibee Eegumsaa gzx Masarat

  • @sifaanfayyaakoo7419

    @sifaanfayyaakoo7419

    Жыл бұрын

    ❤❤hojii Dubbisi Dubarttoonnii akkaEegumsaattii ilmaan Biyyaaf amantiin haqa Radio show biratti hiikkaattee kanaa Anaadhufuu EnjTakkalaa Uumaa

  • @sifaanfayyaakoo7419

    @sifaanfayyaakoo7419

    Жыл бұрын

    Manni murtii ida'amuun hawaasaa gurriis Eegumsaa mee akkamitti ka beekuu Ulfaatadha ka eeguu biratti hiikkaattee Dubarttoonnii Bultiinis gzxmasarat Eegumsaa

  • @sifaanfayyaakoo7419

    @sifaanfayyaakoo7419

    Жыл бұрын

    Ifaa Falmii manni murtii

  • @sifaanfayyaakoo7419

    @sifaanfayyaakoo7419

    Жыл бұрын

    ❤❤atis gzx Masarat mee akkaa Abbaa Alanggaattii gas Yeroo haqa falman ilaallee

  • @mensur12mensur68
    @mensur12mensur68 Жыл бұрын

    Karaa demaa rabbi umrike nufa dheressu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын

    ❤❤galatoomii hayyuu jiraataan hawaasaa irraa dhalannee haatayuu Rabbii galatoomii hayyuu

  • @yoowaqayyoojedhe........2477
    @yoowaqayyoojedhe........2477 Жыл бұрын

    Masii💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @ameralmukhaini9104
    @ameralmukhaini9104 Жыл бұрын

    Jabaa keenyaa umurii dheeraa nuuf jiraadhuu❤❤❤

  • @tarakaamante7345
    @tarakaamante7345 Жыл бұрын

    galatoomi masee haalumma kanan itti fufi jabduu namaa!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @AjiibuuHuseen-
    @AjiibuuHuseen- Жыл бұрын

    ❤❤

  • @abdiijeylan5434
    @abdiijeylan5434 Жыл бұрын

    Ittii nuu debisii rabbii jedhii

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын

    ❤❤Rabbiin isin haatiksuu horaa deebanaa bulchiinsa lafaatiin riqicha Oromoon fagaatee

  • @sifaandhuguma4541
    @sifaandhuguma4541 Жыл бұрын

    Umurii nuuf dheraadhu jabaa namaa

  • @sukariabdualrahman2519
    @sukariabdualrahman2519 Жыл бұрын

    Dhugaa keeti ❤❤❤

  • @kadijatahir3843
    @kadijatahir3843 Жыл бұрын

    Nuf jiradhuu sanyi❤❤

  • @DhdhHrgrh-kp2bo
    @DhdhHrgrh-kp2bo Жыл бұрын

    Jajaabeewan koo❤❤❤❤

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 Жыл бұрын

    Woww welcome

  • @tesfayeduguma
    @tesfayeduguma Жыл бұрын

    DAANII NAMAA JABAA KOO Go Ahead 💪💪😍😍😍

  • @UsA-mn3jd
    @UsA-mn3jd Жыл бұрын

    Jiraadhu garraamikoo masin illee ulfaadhu waan gaari gochaa jirta 🙏🙏

  • @leliseguda9815
    @leliseguda9815 Жыл бұрын

    Baga waaqayyo si gargaare 🎉

  • @abdulazizahmed954
    @abdulazizahmed954 Жыл бұрын

    Kaachalee guurbaa❤

  • @proggenius2024
    @proggenius2024 Жыл бұрын

    Nuuf jiraadhaa mesiikoo fi Daanii nama jabaa.

  • @user-sb6rw5ne4l
    @user-sb6rw5ne4l Жыл бұрын

    Www baga nuf jirtan

  • @SeenaaBadiyya
    @SeenaaBadiyya Жыл бұрын

    Kumaa nuuf jiradhuu daniiyyee❤❤❤❤❤

  • @zanabouser7579
    @zanabouser7579 Жыл бұрын

    Uuuf❤❤❤❤

  • @foziyaamuktaar7434
    @foziyaamuktaar7434 Жыл бұрын

    Well come daniiikoo

  • @waliinentertainment
    @waliinentertainment Жыл бұрын

    nama addaati qaxalee Enj Dani

  • @mohammedumarchannel3118
    @mohammedumarchannel3118 Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤jiradhu nuuf

  • @derartudera4412
    @derartudera441210 ай бұрын

    ❤❤❤

  • @fahima3157
    @fahima3157 Жыл бұрын

    ❤❤❤❤

  • @totealhousani9415
    @totealhousani9415 Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @berehanabebe2010
    @berehanabebe2010 Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @yoowaqayyoojedhe........2477
    @yoowaqayyoojedhe........2477 Жыл бұрын

    Uuuuuufffffeeeee Danni💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @abdihussein5716
    @abdihussein5716 Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @EliyasAmid
    @EliyasAmid3 ай бұрын

    Galatomi

  • @mergaetefaofficial9943
    @mergaetefaofficial9943 Жыл бұрын

    lamaan keessanuu nuuf jiraadhaa

  • @user-rf6pp1fy2p
    @user-rf6pp1fy2p4 ай бұрын

    Sirritti galatooma Danii jechuni nama addati sirritti beeka seena cima nama qabudha

  • @muhamedsafi7325
    @muhamedsafi7325 Жыл бұрын

    👍👍👍👍

  • @user-ub8gw6pr1k
    @user-ub8gw6pr1k Жыл бұрын

    ❤👍👍👍

  • @dire-oro-studio2417
    @dire-oro-studio2417 Жыл бұрын

    Dhugaan kee gammachiisaa