OMN:Keessuummaa OMN-Turtii Obbo Taayyee Danda'aa waliin (Mudde 03,2019)

OMN:Keessuummaa OMN- Turtii Obbo Taayyee Danda'aa waliin (Mudde 03, 2019)

Пікірлер: 1 100

  • @gaariifacaasiigaariihammad3066
    @gaariifacaasiigaariihammad30664 жыл бұрын

    Guyoo wariyoo ❤😘 namichaa maraachitee har'aa waani dhaalateefu hardhumaa argee Tayichi🤣🤣🤣🤣🤣🤣👈

  • @sahra4091
    @sahra40914 жыл бұрын

    Oh, I love this Journalist. Absolutely, the questions we all wanted to ask. Well done OMN.

  • @dinnedidaa1118

    @dinnedidaa1118

    3 жыл бұрын

  • @lemmabedasso2408
    @lemmabedasso24084 жыл бұрын

    Gaafii ummata oromoo deebisufis ta'ee akka deebi'uu fedhiif ka'uumsa hin qabdaan. Hundaafuu OMN Gaazexxessaa dhiira argateera I'm proud of you!

  • @mimishekediir1028
    @mimishekediir10284 жыл бұрын

    Wel come OMN mashaallah Guyoo bay'ee siin boona betii lammaf nuuf jiradhu maal Taayee cinqiitee itti mudii Guyoo baga oromoo tate ❤💚❤💪❤💚❤💚💪❤💚❤💪❤💚❤👈 i LOVE YOU OMN and Guyoo waariyoo

  • @oromocreateapp9337
    @oromocreateapp93374 жыл бұрын

    Wow ati gazixeessa qofa miti qabsa oromoti jaabadhu Guyyoo

  • @fuheetube2431

    @fuheetube2431

    4 жыл бұрын

    Dhukkee irraa kaasi gantu kana

  • @brahanedabala7164
    @brahanedabala71644 жыл бұрын

    Galatooma media OMN ❤️❤️

  • @biftuubariimoka1436

    @biftuubariimoka1436

    4 жыл бұрын

    baayee naama gamaachisa guyyoo wariho oromoo qulqulu dhaa

  • @ayesew4534

    @ayesew4534

    4 жыл бұрын

    ኣረ ይሄ በትርጉም ብሰማው እንዴት ደስ ባለኝ ነበር

  • @selamselam4583

    @selamselam4583

    4 жыл бұрын

    ገልቱ

  • @madynhal4567
    @madynhal45674 жыл бұрын

    Wawaowowo wawaowowo omn 👂👈👁️👈ummataa oro gazexeessa Guyyoo wari'o baaaaayee si jaalanaa Namichaa kana bagumaa keesumeesitanii👍👍👍opd haree duutee amma waan fb irati jedhu hunda waakatee 😀😀😀🤣🤣😜🙊🙉🙈 Ammas guyyaa tokkoo Afeeraa 😁

  • @user-yh6gq1fc8u

    @user-yh6gq1fc8u

    4 жыл бұрын

    kunii mataa qabayuu kunii danzii woyii

  • @alamituuitichaa8526

    @alamituuitichaa8526

    4 жыл бұрын

    Matichii kun orommoo mitii

  • @tejgeta8104
    @tejgeta81044 жыл бұрын

    Mucaa akkaan desee qabdii harmeen oromiyaa nuuf jiraadhuu

  • @olikatefera8634

    @olikatefera8634

    4 жыл бұрын

    facebook.com/peter.topper/videos/3677290578964347/

  • @tajjoahimed8772
    @tajjoahimed87724 жыл бұрын

    Baay,ee galatoomi guyyoo wariyoo lencaa kenya jabbadha warra omn

  • @siabekele5927

    @siabekele5927

    4 жыл бұрын

    Wawawawa

  • @megehuss
    @megehuss4 жыл бұрын

    Amazing, genius n extraordinary questions from the best journalists Guyo Wariyo. Jiraadhu!!!

  • @lensagamee8177

    @lensagamee8177

    4 жыл бұрын

    I swear, every question Guyo questioned him on is what all want to ask. This idiot Taye just embarrassed himself for the countless time again his boss😂

  • @user-wp5gl1ko5r
    @user-wp5gl1ko5r4 жыл бұрын

    Guyyo ati dhugumma lencaa ija kessa bastee namicha tayye jedhan San Thanks Guyyo💪💯💪💯🥰♥️♥️♥️♥️♥️💯💯💯💯💯

  • @dnnnadnnna2246
    @dnnnadnnna22464 жыл бұрын

    Guyyoo wariyo Leenca nama Gaffiin kee bayyee namatti tolaa!!!!!

  • @sobhikhashaba6313

    @sobhikhashaba6313

    4 жыл бұрын

    ጋዜጠኛው ስሙ ጉያዋርዮ ነው?

  • @gutematufa1260

    @gutematufa1260

    4 жыл бұрын

    guyyoo warihoo dhugumatti gaazexessaa cimaadha. gaaffii ati gaafatte natti tole. leenca gaazexessaa hangafa oromoo yaa ilmaa boorana guyyoo waariyoo nu jiraadhu. WAAQNI umrii siyaa dheeressu. gaazexessaa akka kee barbaadna. tayyee garuu jaldeessa natti fakkaata. nama kana amma na jibbisise. osoo gaaffiin oromoo tokkoyyuu hindeebi'in deebie jedhe odeessa jaldeessi kun

  • @kedirjemal5788

    @kedirjemal5788

    4 жыл бұрын

    Leencaa ko ittii muddii kana dabbessa wonitta itti dhufee dubbatu oromonii duraa billisuma barbadda kan jedhu ammma ho mallii barbadda itti fakkate mo akka issa odduu ha himmuu barbada

  • @TT-ol2kd

    @TT-ol2kd

    4 жыл бұрын

    Rabiin sin ha balleessuu argaa ke guyoo wariyoo stop

  • @lt6325
    @lt63254 жыл бұрын

    Gaafii ummaata oromoo hedduu deebifnee jedhaaa mee kam deebisaaan silaaa?

  • @hope7165
    @hope71654 жыл бұрын

    WOW!! OMN good interview thank you

  • @gemekelbesa863
    @gemekelbesa8634 жыл бұрын

    amazing journalist really i dont know how ilove u.big respect hero journalist,man of the year

  • @muhammadawwalabdurahmaan8883
    @muhammadawwalabdurahmaan88834 жыл бұрын

    Guyyoo leenca namaa Atidhugumaan Abbaa fedhe caalta guyyoo

  • @abdulkerimadaba3203

    @abdulkerimadaba3203

    4 жыл бұрын

    Qaraa dubarti seeta Muhammad Abdul

  • @rahimatube4173

    @rahimatube4173

    4 жыл бұрын

    www lencaa guyyoo wariyo lenca kena nuf jabadhu amalee dhuga oromo rabi haa basuu

  • @gutematufa1260

    @gutematufa1260

    4 жыл бұрын

    guyyoo warihoo dhugumatti gaazexessaa cimaadha. gaaffii ati gaafatte natti tole. leenca gaazexessaa hangafa oromoo yaa ilmaa boorana guyyoo waariyoo nu jiraadhu. WAAQNI umrii siyaa dheeressu. gaazexessaa akka kee barbaadna. tayyee garuu jaldeessa natti fakkaata. nama kana amma na jibbisise. osoo gaaffiin oromoo tokkoyyuu hindeebi'in deebie jedhe odeessa jaldeessi kun

  • @tigistayano3767
    @tigistayano37674 жыл бұрын

    Guyyoo Wariyo, Great Job!!

  • @barkalealiye4176
    @barkalealiye41764 жыл бұрын

    I totally love this journalist the best way of interviews + interrogation for digging the truth Heduu siraa gamadee jiraa viva

  • @sahra4091

    @sahra4091

    4 жыл бұрын

    I agree.

  • @lensagamee8177

    @lensagamee8177

    4 жыл бұрын

    I swear, Guyo is so straight forward and I love it😂👌🙌

  • @sameerasameera1883
    @sameerasameera18834 жыл бұрын

    Namicha maata furi kana diqala nafixanyaa biyye nyaadhu ati dhigaa oromo dhugu sii basu insha Allah jawwe rabbi achi nuu kayyu nafixanyaa wahjii achi baade saaree wayyi

  • @azizahmohammed5484
    @azizahmohammed54844 жыл бұрын

    Guyyoo koo 😘😘😘 Nuu jiraadhu

  • @sadashow5681
    @sadashow56814 жыл бұрын

    OMN ijaafi gurraa kenyaa nu jabadha nus isin wajjin jirraa

  • @AL-pk2wm

    @AL-pk2wm

    4 жыл бұрын

    O !

  • @haqookaarraatube5286
    @haqookaarraatube52864 жыл бұрын

    "We don't expect honey from flies " Tisisarraa Damma hin eegnu.Gantoota ODP. Thanks Guyo wariyo

  • @QweQwe-rm6hd
    @QweQwe-rm6hd4 жыл бұрын

    OMN 👂👂❤❤

  • @hirpoberisso9569

    @hirpoberisso9569

    4 жыл бұрын

    Fantastic journalist

  • @bogalelegesse6385

    @bogalelegesse6385

    4 жыл бұрын

    OMN🦵🏿👎🏿👎🏿👎🏿

  • @greentouch7571

    @greentouch7571

    4 жыл бұрын

    opdon.marqaa.okkotee.xiqqotti.marqamte.taate!!

  • @gutematufa1260

    @gutematufa1260

    4 жыл бұрын

    guyyoo warihoo dhugumatti gaazexessaa cimaadha. gaaffii ati gaafatte natti tole. leenca gaazexessaa hangafa oromoo yaa ilmaa boorana guyyoo waariyoo nu jiraadhu. WAAQNI umrii siyaa dheeressu. gaazexessaa akka kee barbaadna. tayyee garuu jaldeessa natti fakkaata. nama kana amma na jibbisise. osoo gaaffiin oromoo tokkoyyuu hindeebi'in deebie jedhe odeessa jaldeessi kun

  • @geftegg8074

    @geftegg8074

    4 жыл бұрын

    @@bogalelegesse6385 Badii sanyii diqala gantu

  • @hireemucaattiasaasa7698
    @hireemucaattiasaasa76984 жыл бұрын

    OMN Nuufi haa jiraatuu

  • @biliseeintalaamboo8224

    @biliseeintalaamboo8224

    3 жыл бұрын

    Atillee nuuf jiraadhu

  • @oromofioromiya2267
    @oromofioromiya22674 жыл бұрын

    iti mudii guyoo haja.ibata.e gafiin kee Afaan kaan dama nyaadhu

  • @abdiabdu8552
    @abdiabdu85524 жыл бұрын

    guyyo hafuurra isa kuuttemi leenca kiyya maal jechuu qofaan ficcisifteemi

  • @roomaannabii5193
    @roomaannabii51934 жыл бұрын

    Wow wow wow Guyyoo Thank you So much. Gafii Jajjabduu Gafaate.Guyyoon Dhalataa Gujjii Nattii fakkaata. Guyyoo Dansaadha Jabadhuuuuuuu💪💪💪

  • @Waqo-Bilisummaa

    @Waqo-Bilisummaa

    7 ай бұрын

    Oromon tokko addan baasu dhiisi...garu Guyo Wario dhalaata Hangaf Oromoo Boraan Guututi

  • @bejigakwari1488
    @bejigakwari14884 жыл бұрын

    Tayyeen gowwaa du'adha, gowwaa du’aan yoo sii jibees umurii guutuu sii balaleefata, yoo sii jaalates sababa malee (with faults) umurii guutuu sii faarsa, Tayyeen ammaa ergamtuu Abiy malee waan Oromoo tasaa huma hin beeku, Hollaa!!!!

  • @dralto9839
    @dralto98394 жыл бұрын

    WOWWWWW Gazeexeessa Guyyoo Lenacca Namaa jabadhu Gaafiin kee Bayyee Namatti Tola 👍👍👍

  • @edosawadajo8807
    @edosawadajo88074 жыл бұрын

    Ka'i Qeerroo OPDO'n (PP) si gurguraa jirti. Sabboonummaafi faayidaa Oromoo balleessuuf deemaa jirti. Habashaafi Naafxaanyaa guddisaa jirti.

  • @abelsisay5203

    @abelsisay5203

    4 жыл бұрын

    yommiyu tannan habaashanfi naftanyan sanyi leencati arras borus dinni fi ergamtootni arabatif qatar duni kessan gahee jiraa.DR ABIY AHMED ILMAA ABBA JIFAAR YOMMIYU TANAN NI MOATA,ERGAMTOOTNI ABDI MURADHHA

  • @freshballer1223

    @freshballer1223

    4 жыл бұрын

    edosa wadajo sammuun kee waan dhipo ta’ef nannoo kate male laalu hiinddendasu

  • @edosawadajo8807

    @edosawadajo8807

    4 жыл бұрын

    @@abelsisay5203 ilmaan Naafteenyaa caalisi

  • @edosawadajo8807

    @edosawadajo8807

    4 жыл бұрын

    @@freshballer1223 sammuu Naafteenyaatu ballaadha ? Gantuu

  • @user-md9ph6wh6q

    @user-md9ph6wh6q

    4 жыл бұрын

    Dhugaa keeti sanyii koo💗👍

  • @obsadiriba9657
    @obsadiriba96574 жыл бұрын

    #Guyo Wariyo buli, umurii nuuf dheeradhu. ammas akkasumatti sabaaf hojjedhu, yeeyyi qaanessite. THANKS

  • @rahamabaalee1901
    @rahamabaalee19014 жыл бұрын

    Guyyoo wariyoo harumaa argee anii maashaallaah jabaadhu siit gamadee jiraa saboonnaa dhugaa

  • @edosawadajo8807
    @edosawadajo88074 жыл бұрын

    Gaazeexeessaa ajaa'ibaa jabaadhu. Taayyee afuuftuu, sobduudha.

  • @boabsosenior8963
    @boabsosenior89634 жыл бұрын

    thumb up adda GUYO,best of interviews you got all what it takes to be a journalist. I really like how you pause questions besides having all the facts and evidences behind your queries abo, Waaaqi Boran kesat si bulche Oromo hunda keesat si oratin

  • @lensagamee8177

    @lensagamee8177

    4 жыл бұрын

    Ee👌

  • @2mado362
    @2mado3624 жыл бұрын

    Mashaaalaah tabarakalaa guyyoo yada fi gafii aja'ibaa nuuf gafaate nuuf jiraadhuu

  • @yeroonamma1989
    @yeroonamma19894 жыл бұрын

    Even though I don’t agree with Taye, I appreciate that he showed up for interview. I love the journalist. I hope he would invite Obbo Lema Megerssa to ask what’s going on at the moment

  • @iskeadem2212
    @iskeadem22124 жыл бұрын

    Guyyoo Afani kee sanii demani nuu dhugii 99 fi 0 bastee

  • @demetura5227
    @demetura52274 жыл бұрын

    አሁን ያለውን ለውጥ ያመጣው ኦሮም ነው።አሮም በ1983ዓ.ም በህወሀት ተከዳ። አሁን ደግሞ ባለው ተከዳ ይህ የመጀመርያው አይደለም።የኀ/ስላሴን መንግስት ለማስወገድ ኦሮሞ በጣም ታገለ በደርግ መንግስት ተከዳ።ይህ ሁሉ ክህደት የደረሰበት ግን በራሱ ችግር ነው።እሱም ዳዴ ብሎ እራሱን ችሎ መቆም ስላልቻለ፤ኦሮሞ የውስጥ አንድነቱን አጠንክሮ ባለመሄዱ፤ የኦሮሞን ጥያቄ በማፈን ኦሮሞን በማሠር ኢትዮጵያን መምራት አይቻልምና እባካችሁ አታስበሉን። እሳት ሲዳፈን የእሳት መጠኑ ይጨምራል ነው።

  • @zinapf6656
    @zinapf66564 жыл бұрын

    Guyyo dhugaa rabbi baay'e natti tolta nama cimaa goota ati gaafin kee na boonse jajabe ilma sabaa

  • @mofaris9390
    @mofaris93904 жыл бұрын

    Best journalist ever Keep up bro 🙏🙏

  • @fireemastu7676
    @fireemastu76764 жыл бұрын

    Guyyoo 💪💪dhukkee irraa kaaste yes

  • @kerayub2681
    @kerayub26814 жыл бұрын

    Welcome OMN ♥️

  • @malichadanko2476
    @malichadanko24764 жыл бұрын

    Abbaa JIRMAA ULFAADHUU thank you!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! MALICHAA DHANQOO TEKKEE OROMTICHAA

  • @ditakebede9532
    @ditakebede95324 жыл бұрын

    Jabaadhuu Gaazixeessaa Guyyoo Waariyoo akkasiitti gaaffiin dhukkee irraa kaasi. Ammaallee itti jabaadhu.

  • @brahanedabala7164
    @brahanedabala71644 жыл бұрын

    Baagaa naagaan dhuftaani ❤️❤️🤝💝🙋‍♀️♥️

  • @margeeyesuusif6832
    @margeeyesuusif68324 жыл бұрын

    Sabboona Keenya Guyo Wariyo Nuuf jiraadhu 💚❤💚❤💚❤❤Baga Dhukkee irra kaafte Dhugaa maaloo, Taayye Sammun lafa buutee jirti bar gogaatu jira 😀😀😀😀😀😀Salphadhu Taayyee🙃🙃🙃🙃🙃🙃

  • @alfiyaabamecha2671
    @alfiyaabamecha26714 жыл бұрын

    Taayyee ati oromaati qabsoofte malee ,oromoof hinqabsofne. Ati taayyee yeero baay.ee gaafii deebii keessatu tuffii fi arrabsoo saba oromootin guutamte argamta .Rabbi sihaa abaaru ☝👌

  • @shucrejemalemychaenale7845
    @shucrejemalemychaenale78454 жыл бұрын

    Wowowo Abboo guyyoo Afanii kee qaraa hinii mi,iaa illmaa fi bilssumaa dhugadhuu 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡😍

  • @debiketi9674
    @debiketi96744 жыл бұрын

    itti muddi akkasi malee Taayeen haraa bakakkaa maalitu natti dhufee jedha

  • @zeda1925

    @zeda1925

    4 жыл бұрын

    Kkkkk

  • @aboali9956

    @aboali9956

    3 жыл бұрын

    Kkkkkk

  • @jamilaaoromiyaaarsii7021
    @jamilaaoromiyaaarsii70214 жыл бұрын

    Guyyoo kenaa 💖😘

  • @saamiiraabdurahaman7399
    @saamiiraabdurahaman73992 жыл бұрын

    Waan OMN dhuuga duubatufi nuu jiibuu ayii kuuni waan baaye nuu jedhe abiyi fana buuhe guuyoo siiriti gaafadhu nuuf jiraadhu guuyo waaga 1000

  • @ifargantech
    @ifargantech4 жыл бұрын

    A great journalist!

  • @zubaidazubaida5569
    @zubaidazubaida55694 жыл бұрын

    Guyyoo👂👍👍👍👍👍👍👍💕💕💕💕💕leenca nama baguma keenya tate.

  • @abagadason7315
    @abagadason73154 жыл бұрын

    "Super smart journalist"

  • @sahra4091

    @sahra4091

    4 жыл бұрын

    That is because, he is an Oromo man period.

  • @hey1232

    @hey1232

    4 жыл бұрын

    Amen Amen Amen Yes Indeed!

  • @lalamendenew9271
    @lalamendenew92714 жыл бұрын

    Wow. We are lucky to have such journalist

  • @lensagamee8177

    @lensagamee8177

    4 жыл бұрын

    I swear Guyo is the epitome of modern journalism.

  • @nimonaajema6948
    @nimonaajema69484 жыл бұрын

    Guyyoo Gaazixeessummaan eeyyee akkasitti!! Xiqqoo miirakee tohachuu yaali yoos tactical (tarsiimoo)n dubbii nam harkaa guuruun tolti!! Miirakee adjust godhi!! Sirraa jaaldheera ittuma fufi!!

  • @shopeshope5874
    @shopeshope58744 жыл бұрын

    Silaa anii kaa jedhu akamitii umataa nuu nyachuf dubarbadutii walitii baqanaa ??

  • @minagamechu4025
    @minagamechu40254 жыл бұрын

    Guyyoo iti muddii me tayyee janja.a kana

  • @gudetaamboo8231
    @gudetaamboo82314 жыл бұрын

    Tayyee gaafii gafamtef debii Kenuu dhistee wa bira hasoftaa ya aboo?zoroo zoroo jetaa ohoo? Guyyo respect you

  • @tigaoljira6310
    @tigaoljira63104 жыл бұрын

    Gazexessan gaafii gaafateef deebii Keessumichi kennu dhageefatootaafi dawatootaaf dhiyeessuu mala , yaadicha kan madaalee fudhatuu fi dhiisu uummata. Gazexassan kun garuu, yaada dursee samuutti qabate qabsiifachuudhaaf qofa waan yaalaa jiru fakkataa. Afaan maqsuudhaafis yaalii heddu gochaa ture.

  • @kaalidbalee7751
    @kaalidbalee77514 жыл бұрын

    Ànnii akkaa ilmaa oromoo tokkootii waanii na gadiisisuu tayee dand.a ogaanaa oromootii jechuun namaa qafachiisa

  • @alwianory9903

    @alwianory9903

    4 жыл бұрын

    Kaalid Balee 👍👍👍

  • @lensagamee8177

    @lensagamee8177

    4 жыл бұрын

    Ee dhuga

  • @diboraayesus163

    @diboraayesus163

    4 жыл бұрын

    Dhugakeetii 😠

  • @diboraayesus163

    @diboraayesus163

    4 жыл бұрын

    Kun biyyaa eegguu mitti hoorii eegguyyu hin beekku heccii

  • @galaxym1020

    @galaxym1020

    4 жыл бұрын

    Kkkkkkk

  • @ahmadinmussatube2371
    @ahmadinmussatube23714 жыл бұрын

    an namni taayye jedhamu kun akkamitti yaada garuu. namni kun quqama oromo waan qabu tokko hin fakkatu. maliiif sobuun akkana. dhugaa dubbachuf namni taayye jedhamu tasuma oromof fayidaa hin qabu yoo partif tahe male...

  • @patypatyy6135

    @patypatyy6135

    4 жыл бұрын

    Wow guyoo goota keenya

  • @ermiasgirma8745
    @ermiasgirma87454 жыл бұрын

    thank you Guyo!

  • @selamlove3421
    @selamlove34214 жыл бұрын

    This journalist should be awarded

  • @milkiis4real721
    @milkiis4real7214 жыл бұрын

    We Oromo must willing to fight and die for our cause for the sake of next generation to come. We must be prepared to die that's when our enemies aware of our strengths and power, freedom isn't free period.

  • @genagena8548

    @genagena8548

    4 жыл бұрын

    Milki Is4real free from whom? I could never understand u people

  • @milkiis4real721

    @milkiis4real721

    4 жыл бұрын

    @@genagena8548 cause you are half dead brain and half zombies just like rest of your people amhara kommatta.

  • @genagena8548

    @genagena8548

    4 жыл бұрын

    Milki Is4real half brain dead endate beye lisake😂🤣😂🤣 who is in 4kilo and looking for freedom still? Still blocking roads and killing people. We on the other hand came out to fully support the Oromo leaders that shows we are not raciest plus we want unity. Ayee ye ireecha menfese selam yasatal aydel? Devil worshiper silehonachewu new ethiopia selam yayachewu. Woy hager yezeregnoch mechawocha honech.!

  • @genagena8548

    @genagena8548

    4 жыл бұрын

    Milki Is4real and hey just go around Ethiopia and look komatas are in every tribe and they never asked to be one

  • @milkiis4real721

    @milkiis4real721

    4 жыл бұрын

    @@genagena8548 u sound like know everything about Ethiopia?? I doubt it just ask any Ethiopian who are kommatta people? I challenge u on that, the answers is out there chaw.

  • @radyahibrahim9276
    @radyahibrahim92764 жыл бұрын

    Guyyoo!!!great person good job 👍👍👍👏👏👍👍👍❤️❤️❤️❤️❤️baay'ee si jaalanaa umrii nuuf dheeradhuu 👏👏👏👏👏

  • @kedirsultan9469

    @kedirsultan9469

    4 жыл бұрын

    Kun maali taayyee danda'aati taayyee dadhabaati hhhhhh

  • @srsr2202
    @srsr22024 жыл бұрын

    tayyeen mana hiidhaatti mataan dhawamee bahee itti hin faradinaa namiichi likki hin jiruu

  • @diribadulume4918
    @diribadulume49184 жыл бұрын

    Guyo Waariyoo,really you are a gentile journalist, wish you long live!

  • @kimiyaahmad7947
    @kimiyaahmad79474 жыл бұрын

    Guyyoo koo lencaa 💪💪💪💖💝💔❤💖💔💋💋💋

  • @raajuhassan2302
    @raajuhassan23024 жыл бұрын

    Guyyoo big respect for you my brother ✊🏽✊🏽✊🏽✊🏽✊🏽

  • @mahmmedmahmood4246
    @mahmmedmahmood42464 жыл бұрын

    Goota keenya Obbo Taayyee Danda'aa Obsa Dr Abiyyii qooddachuu keetiin hedduu siin boonnaa Aajaa akka malee namatti dubbattu ulfina kennaniifi yaada kennuun nama akka cimaa ta'ea malee rakkisaadha. jabaadhu kan si dura filatamu hin jiru karaa dhugaan deemamnaan!

  • @sifaanbiishooftuu8982
    @sifaanbiishooftuu89824 жыл бұрын

    Omn gaaffin inni har'aa gaffatte kuni akkami namaa gamachiisa taayyee ko biyyoon sitii hin salphaati gogii atiii

  • @muhemurad4427
    @muhemurad44274 жыл бұрын

    gurbittiin tayyeen tun amalaanis bifaanis hoolaa kiyya tokko fakkaattim guyyoo ilma sabaa Omn keessoo kiyya

  • @warqiioromo3763

    @warqiioromo3763

    3 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🙃😜Kkkk

  • @warqiioromo3763

    @warqiioromo3763

    3 жыл бұрын

    Atii hoolaa jeta Anamoo Saree Kenya fakata 🤣🤣🤣🤣🙃

  • @jawaherhussin2975

    @jawaherhussin2975

    3 жыл бұрын

    Gubbattani 😜😜😜😜😜I love tayeeeee

  • @mastuukatamaa6033
    @mastuukatamaa60334 жыл бұрын

    Maalo ijoole mucaa namichaa tanbeeche bee waayii salphinaa namaa kunis jiraa edaa. Omn osoo isaan cufuuf yaadanu innu guraa itti cufee maalo guddii isaa kanaa

  • @hannabekele2595

    @hannabekele2595

    4 жыл бұрын

    Kkkk

  • @azizaayoutube100
    @azizaayoutube1004 жыл бұрын

    Guyoo wari’o ati jiradhu gaafi ati namicha qophesite baredudha jabadhu

  • @nimonaajema6948
    @nimonaajema69484 жыл бұрын

    Bar Guyyoon Kun!!! Boorantichakoo!! Horii buli deebani!! Yaaboo habadan team lammaa diigdee Team Taayyee or Abiyyiin laga hin ceetu dudduuba badde jarri

  • @shopeshope5874
    @shopeshope58744 жыл бұрын

    fokataan kunii hojin isallee akumaa fullaa isaa fokataa

  • @sahra4091

    @sahra4091

    4 жыл бұрын

    lol,

  • @mser3336

    @mser3336

    4 жыл бұрын

    Fakata kuni

  • @sinkeesinkee910

    @sinkeesinkee910

    4 жыл бұрын

    Dhugumaa jeete fokkataa osoo fuula isaati waa ufisaani nama fuunduraa sagalee qofaa dhageefanaa kkk

  • @bilalhilal3127

    @bilalhilal3127

    4 жыл бұрын

    @@sinkeesinkee910 kkkkkk

  • @degsew5889
    @degsew58894 жыл бұрын

    Guyyo 🙇‍♀️ God bless you. Taye Dandaa good interviewee, please try to be honest

  • @anormalbear3383
    @anormalbear33834 жыл бұрын

    Gazzexessan kun kaa Aji,batti gafa fi sagaleni issasi hedu namaa hawata tayye sii dhumatee kkkk Umri dhera Omn fi gazzexessiton omns 🥰🥰🥰

  • @warqiioromo3763
    @warqiioromo37633 жыл бұрын

    Gazixsan omn Akunan Sii jalladhuu upmuuuuu

  • @letalita6391
    @letalita63914 жыл бұрын

    Deemi taye mana murtii Bilxiginnaa, team Bilxiginnaa

  • @Ethionelove.
    @Ethionelove.4 жыл бұрын

    Gafin dhuma kolfan nu fixe 😂😂😂😂Guyyoo:Oromo nu filatu jetani yadu? Tayye:Mal jechu gafin akana 😂😂😂😂

  • @samirasamira1496
    @samirasamira14964 жыл бұрын

    Woooow gaffii bayye bareddu dha gaffin ati gaggafatu itti hudhi sobduudha warri kun

  • @TheIdeaworld
    @TheIdeaworld4 жыл бұрын

    I suggest to always put the formal title of the guests interviewed on this program no matter how famous known they are. It’s rule number one in journalism: Name names. I love your Oromo accent and the way you investigate your guest.

  • @lensagamee8177

    @lensagamee8177

    4 жыл бұрын

    Yeah, Guyo is a brilliant Borana-Oromo fearless young man.

  • @oromtitishawaa2146

    @oromtitishawaa2146

    3 жыл бұрын

    Ijaa basisii guyokoo 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @firiioromo3556
    @firiioromo35564 жыл бұрын

    Gazexessa guyyoo goota Abdii saba Albaasii tayee janja'aa kana

  • @tejitugutema1394
    @tejitugutema13944 жыл бұрын

    Namitin kunii oromoo dha jechunu nama salifachiisaa he is down

  • @bacharegasa7636
    @bacharegasa76364 жыл бұрын

    Guyyoon dhiiraa! Taayeen gaaru diina,dhugaa dubbaachuuf tuutni OMNns kabaaja guddaa qabdu namichumaa kana kabaajani Kan keessummaa gotaanii!

  • @aminnuraman
    @aminnuraman4 жыл бұрын

    Wan tokoo Jawar Naa Gafadhaa mee Gazxesetesitotaa Akanaa esaa asyasaa Dhugaa yoo dubanee Gazexesitotaa Ajaibaa Hudii jaratuuu Naamaa jajaboo dhaa Guyoo 🌹Dajanee🌹maraa jartuu 💐💐💐💐 Jadhaa akanumatii itii fufaa Oromoof jiragha Oromof duiaa OMN Manaa oromotii ❤️❤️❤️❤️

  • @surfacebro4842
    @surfacebro48424 жыл бұрын

    O M N ✅✅✅✅✅✅✅✅♥️♥️♥️♥️♥️♥️MON ♥️♥️♥️♥️♥️♥️✅✅✅✅✅✅oooooo

  • @senbetoabebe8114
    @senbetoabebe81144 жыл бұрын

    Aabboo jiraadhu Guyyoo Waariyoo , kana gaazexessaan! Taayyee danda'aa lafa ilaalchifte

  • @awolbamud8836
    @awolbamud8836 Жыл бұрын

    Wayi bara sani..ira deddebi'ees baayyee dhageeffadha dhugaa...umrii dheeraa siif hawwa Guyyoo

  • @dirrubegame3102
    @dirrubegame31024 жыл бұрын

    Guyya warriyo durra dubbi hubadhu Lamma fi jawar Abiy miqanufi male dubi hubatanimiti obbo dandan💗💗💗kun sifi👈👈👈

  • @ahmadinmussatube2371
    @ahmadinmussatube23714 жыл бұрын

    taayyyen akka waan obbo lamma caala oromoof dhimmu dubbata jiraam oromon fuula isaa ilale beeka nama ..ammalle politika waan beeku hin fakkatu...nama isa deggaru male nama isa falleessu nama taraa itti fakkata ....

  • @teferaalemu1784

    @teferaalemu1784

    4 жыл бұрын

    ባንድ ለሊት ነው እንዴ የሆሮሞ ጥያቄ ሚመለሰው??

  • @sisaywoldeyohannes737
    @sisaywoldeyohannes7374 жыл бұрын

    Oromoo, hi gowomini!

  • @wisdom21all
    @wisdom21all4 жыл бұрын

    Guyyoo Icciitii fuula fb isaarratti hin arginillee nuuf himte ulfaadhu. Dhuguuma sifilatan warri Aljeeziraa.💪💪💪💪💪

  • @sundukjemal7106
    @sundukjemal71064 жыл бұрын

    yaa Guyyoo guyyaan simaaf gaarii taate dubbiin akka fb waan taatumitti baga sagantta kana qopheessitte namni hundi guyyaa akkanaa kana beeke dubbii hin tane dubachuun hin barbaachisu

  • @habtaamuuxiyyaa7469
    @habtaamuuxiyyaa74694 жыл бұрын

    Team Lammaa jalaa bahuu Taayyeetii?Amma team Bilxiginnaa-Izeemaa-Abiin!

  • @umiiraayankadamatuudiinisl1377
    @umiiraayankadamatuudiinisl13774 жыл бұрын

    Maashaa Allah maasha Allah 💞💞💞💞💞💞💞💞😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍 O M N

  • @alfiyaabamecha2671
    @alfiyaabamecha26714 жыл бұрын

    at I basaastu waan taateef hidhamte malee ,oromoofi miti

  • @tejitugutema1394
    @tejitugutema13944 жыл бұрын

    Journalist u are the best 💕💕💕💕💕💕💕💪💪💪🌹🌹🌹

Келесі