Oftuulummaa -Eid mubarak Diraamaa Afaan Oromoo kan Heedduu Namatti Tolu | Roras Tube

Eid Mubarak Warra Baranaa Kan Bara Heedduu
Diraamaa Iidaa Afaan Oromaatiin Hojjatame Kan Akkaan Namatti Tolu
Barreeysutuun Samira Yusuf
#RorasTube

Пікірлер: 415

  • @ahmeddiriye5372
    @ahmeddiriye53724 жыл бұрын

    Eid mubarak iam somalia🇸🇴 I like oroma masha Allah

  • @kattysom4285

    @kattysom4285

    4 жыл бұрын

    Hhh meelkasta meynu joognaa

  • @happthappy7712

    @happthappy7712

    4 жыл бұрын

    Kkk

  • @roqualove502

    @roqualove502

    4 жыл бұрын

    Somalia 💖💓😂

  • @jamaaldheerretube8283

    @jamaaldheerretube8283

    4 жыл бұрын

    Aad ayaan kuusoodhaweenaya Anigu waan kuusaarey subscribe iyo lake adna iisaar walaal

  • @jamaaldheerretube8283

    @jamaaldheerretube8283

    4 жыл бұрын

    Thanks

  • @abasabdi4159
    @abasabdi41594 жыл бұрын

    Wayoo kolfaan dhumnee diraman kun bayyee nati tolee yeroo heedun iraa debi,ee dhagefadhee bayyee Galatoma ijolee Diree love

  • @newethio2022
    @newethio20224 жыл бұрын

    MAATIIN ROORAAS TUBE OSOO HIN HAFIIN KOTTA YAA OROMOOKO WALIIF HA DIRMANNUU

  • @hayyatiwallagga9337

    @hayyatiwallagga9337

    3 жыл бұрын

    Naggan mitti moo🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️

  • @hdhdghdhdg9573

    @hdhdghdhdg9573

    2 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh11204 жыл бұрын

    Mashallah baye.ee namatti tolaa jabadha bagaa isinin gayee edi mubarik

  • @Coolvidz20
    @Coolvidz204 жыл бұрын

    They Look Like Just Somalis , It's Almost like They're Somali People. Salutes from Somaliland. #BigRespectToOROMIYA.

  • @sinaarif888

    @sinaarif888

    4 жыл бұрын

    Because we are brothers

  • @jamaaldheerretube8283

    @jamaaldheerretube8283

    4 жыл бұрын

    @@sinaarif888 ani siif godhe subscribe atiis naaf godhi

  • @jamaaldheerretube8283

    @jamaaldheerretube8283

    4 жыл бұрын

    Walaal subscribe iyo lake isaar ana waan kuusaarey

  • @abeyahmed4513

    @abeyahmed4513

    4 жыл бұрын

    We love you our somali brothers

  • @abdikade8509
    @abdikade85094 жыл бұрын

    Masha allah jabadaa Ani somali lkn oromo siiniin jaladaa oromo obalaynan kiiya ❤️❤️❤️❤️❤️🙏🌹💯

  • @ziyahassan8669

    @ziyahassan8669

    4 жыл бұрын

    Tnx m .a

  • @ikramlubuye7432

    @ikramlubuye7432

    2 жыл бұрын

    galatomii nutis isiin jalana love somalii ❤️❤️❤️

  • @user-xo6fq4ql7d
    @user-xo6fq4ql7d4 жыл бұрын

    Wa'aleekumsalama waramatulhaa wobarakattuu jabadhaa itti fuufaa diramaa keessani heedduu Tokko namaa tolaa Eid Mubarak

  • @moosiihalele1452
    @moosiihalele14524 жыл бұрын

    Masha allah bareedaadha. Hedduu barnoota qabaas garuu osoo xiqqo Iida dura gadhiiftee gaarii ture maaliif jannaan ilaalcha nama hedduu jijjiiruu danda'a waan ta'eef.

  • @Marrushow
    @Marrushow4 жыл бұрын

    Suris Adam arraa laqanii sii biraa wayy oddoo mudiin waliraa qabana jetaanii akkan tataan wareen mudii namara qabattan lalaa bodee teyysaan

  • @jemalsiraj5692
    @jemalsiraj56924 жыл бұрын

    Diraamaa Iidaa Afaan Oromaatiin Hojjatame Kan Akkaan Namatti Tolu

  • @abdiitv2129
    @abdiitv21294 жыл бұрын

    Maash.allhaa sirrii jirtaani itti muddaa anaa garuu bay.aa baay.ee natti tolee jiraa

  • @adildawed5679
    @adildawed56794 жыл бұрын

    Eid Mubarak I like Oromia

  • @muniraabdii4669
    @muniraabdii46694 жыл бұрын

    mashaa allah bayee taka namatii totanaa jabadha💖💖💖

  • @salihkatera3232
    @salihkatera32324 жыл бұрын

    Wooww diraman bayyee namati tola.keessatu muucayoon hanni tun dhugamaa hanni dhugaa rabbii.

  • @fooziyaaoromoo3460
    @fooziyaaoromoo34604 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk Way Amiiroo App Qabbaneessu Mobaali Irraan Qaba Jannee Jabaadhaa Artistoota Keenya ❤

  • @ademhusen699
    @ademhusen6994 жыл бұрын

    Eid MUBAARIK bayyee galatomaa nama toltuu👍👍👍👍🌹🌹🌹🌹❤❤❤❤💞💞💞💚👈

  • @abdikade8509
    @abdikade85094 жыл бұрын

    I Respect. Isiin kabajaa oromo obalayaan kiiyaaa naa jiiraadaa ❤️❤️❤️❤️❤️💯

  • @mehabubamohammedtruth312
    @mehabubamohammedtruth3124 жыл бұрын

    Woooow heddu nama tolaa Eid mubarek

  • @mustrtiyya4666
    @mustrtiyya46664 жыл бұрын

    Mashaa alha warraa baredana amiri jabadha itti fufaa

  • @bvbn5131
    @bvbn51314 жыл бұрын

    مشاءالله مشاءالله مشاءالله بارب jaabadha walahii baaye baaredaa

  • @mohammedumer3753
    @mohammedumer37534 жыл бұрын

    Wwow baay.ee nama toola jaabadha ♥️👌

  • @muktarayub5545
    @muktarayub55454 жыл бұрын

    Maashaa Allaah jabaadhaa hedduu namatti toltu

  • @mohammedgabiyo
    @mohammedgabiyo4 жыл бұрын

    Rorasi tube mashaalla allah garuu mucatii qaldhitii saani akkaa natii gurggurtuu sii gafadhaa abbaan simmaa naatii fakkatee

  • @aminkw2141

    @aminkw2141

    4 жыл бұрын

    Kkkkkkkk way hedduunama kofalchiisakoflalaan

  • @nasirabrahim723
    @nasirabrahim7234 жыл бұрын

    Mashaallha jabaadha hedduu namatti tola daraamaan keessani itti fufaa

  • @RORASTUBE
    @RORASTUBE4 жыл бұрын

    Jaallan Keenya Chaanaala Keenya Ammuma #Subscribe Godhaa Diraamaa kana #Like Godhuu Hindagatinaa Yaada Keessaniis Ni Fudhanna Nuuf Barreeysaa

  • @jamaaldheerretube8283

    @jamaaldheerretube8283

    4 жыл бұрын

    Ani siif godhe subscribe atiis naaf godhi

  • @hasenumar8433
    @hasenumar84334 жыл бұрын

    Hedduu namatti tolaa jabadhaa amir keessattuu shamarran lameen kana nuuf jabeessii jajabessaa

  • @queensayojibril8179
    @queensayojibril81794 жыл бұрын

    Wowwww hedduu namattii tolaa jabadhaa lammiwwaan koo 😘😘

  • @mamaoromo3708
    @mamaoromo37084 жыл бұрын

    Eid Mubarak wallahi hedduu bareedaadha jarti Amir taate tan daleeyde hedduu jabduudha itti fufin siin ja'a nadhoo ilaa arraa direwood gubbaa mataa nunyaatte hunda caalte jirta.

  • @surisadem6597

    @surisadem6597

    4 жыл бұрын

    Galatomi itti fufna akkanati nujajabesa inshallah

  • @ebsaamohammad5206
    @ebsaamohammad52064 жыл бұрын

    Samirayee mal dhabdee wwwwwww mashaalahaa jabadhaa heduu namaa tolaa jabadhaa

  • @roobaa7422
    @roobaa74224 жыл бұрын

    Chiikii tuni naaf taate garuu naaf taate jireenya irratti taugh na gootii garuu jaaladhe roras 😘

  • @ibsan_a4659
    @ibsan_a46594 жыл бұрын

    Woooww hedduuu namatti tola jabaadhu ♥

  • @rayyaanjamaal4579
    @rayyaanjamaal45794 жыл бұрын

    Wow !!! Baaye'ee Baaye'ee namatti tola itti fufaa !!!!!!!

  • @sabiirmahmed3622
    @sabiirmahmed36224 жыл бұрын

    👍💗💗mashallh hedu namati toltan❤❤

  • @kalidsalah1286
    @kalidsalah12862 жыл бұрын

    Bayee nama tolaa walaya ro ras tube bayee tola nama tiii ❤❤❤❤❤🥰🥰🥰👉👉👉👉💖💖💖💖💖💖🥰🥰🥰

  • @munadiree5560
    @munadiree55604 жыл бұрын

    Mashallah jabadhaa silaa iftun tun essatii bade sa baga nagayan debbitee janan ga

  • @surisadem6597

    @surisadem6597

    4 жыл бұрын

    Nijira dhufe gana

  • @ademhusen699
    @ademhusen6994 жыл бұрын

    Wwwwoooowww maashaallaah maashaallaah it is good best dirmaa

  • @safiyaabdi8028
    @safiyaabdi80284 жыл бұрын

    Baye baredadha jajabadha Eid Mubarak

  • @arrifsalman3380
    @arrifsalman33804 жыл бұрын

    ماشاالله عيد سعيد . heddu nmatti tola itti fufaa jabaa dhaa(jabaa dhu) Akka jaarti abaluu naa tahirra. Akka jarsa abaluu naa tahii irra wayyaa . akka humna fii tarkaanfachutu hundarra wayya dha..... وأمرهم شورا بينهم..

  • @iftuahmed4557
    @iftuahmed45574 жыл бұрын

    Woww masha Allah heduu dass nama ja,aa wallahi

  • @haacaalltuufiromsaatube3117
    @haacaalltuufiromsaatube31174 жыл бұрын

    Mashaa Allah Tabarakalllh Rabbiin ija hamttuu

  • @AsifTV2708
    @AsifTV27084 жыл бұрын

    RORAS Jabaadhu akkanumati 😂😂😂😂

  • @riyaadali303
    @riyaadali3034 жыл бұрын

    Waaawa jabadha ilman oromo isaan bira jirra

  • @BlueSky-hn2rx
    @BlueSky-hn2rx4 жыл бұрын

    Dhugatti daleydan khana Roras Tube jabaadhaa ammallee

  • @zenapamena3384
    @zenapamena33844 жыл бұрын

    Mashallah Allah mashallah Allah mashallah Allah bayee namati tolla 💗❤💖😍❤💝💕💞

  • @leylaibrahim2056
    @leylaibrahim20564 жыл бұрын

    Iftuuu wow tate daleyde habibti haluma kanan itti fufi hubi

  • @fakihabekri5522
    @fakihabekri55224 жыл бұрын

    Hhhhhhh heddu das nama ja'a jzk

  • @boruuentertainment7868
    @boruuentertainment78684 жыл бұрын

    Jabaadhaa roras tube

  • @khalidhussein9526
    @khalidhussein95264 жыл бұрын

    Eid mubarak

  • @imankeyaa3105
    @imankeyaa31054 жыл бұрын

    Eid mubarek

  • @hafize6123
    @hafize61234 жыл бұрын

    Aamir wangaari hojachaa jirtanii jabadha garuu namnii tokko tokko download godhani Facebook irrati basanii sunis gaarimitii

  • @walloomedia7571
    @walloomedia75714 жыл бұрын

    Maasha allah hordoftoota roras tube maalo wal haa guddifnuu subscribe naaf godhaa

  • @anassheekaa1102
    @anassheekaa11024 жыл бұрын

    Waa araa kofalaan dhumaanee

  • @freejaweeko9216
    @freejaweeko92164 жыл бұрын

    Jabadha wollahi yaada bareeda

  • @moyale3605
    @moyale36054 жыл бұрын

    Very educative bro ..Keep going.

  • @hiliyamohamed2612
    @hiliyamohamed26124 жыл бұрын

    Wow baye Gariidha 💯💬

  • @biftuu4119
    @biftuu41194 жыл бұрын

    Eid Mubarak

  • @bilaaloromoolove5188
    @bilaaloromoolove51884 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk koflaa garaan nuu dhukkubee rorsa jabadhuu ittii fufii

  • @kuliyeejawar8935
    @kuliyeejawar89354 жыл бұрын

    Edii Mubarak

  • @nuurunalaanuur3140
    @nuurunalaanuur31404 жыл бұрын

    😍😍😍😍 Das jatan jartin kiyya kanii garii 😃😃😃 re'ee 2 wii😅

  • @mahdiabdule7429
    @mahdiabdule74294 жыл бұрын

    Beautiful walaahi heduu bareeda

  • @f_a_r_h_a_a_nfarhaan45
    @f_a_r_h_a_a_nfarhaan454 жыл бұрын

    Eid mubarekBOBKOI

  • @kamalkasim6450

    @kamalkasim6450

    4 жыл бұрын

    Maashaallaah jaabaadhaa

  • @zakiraliyi9874
    @zakiraliyi98744 жыл бұрын

    Jabaadh dhugaa bayee

  • @allhamdulilayaarabbi4108
    @allhamdulilayaarabbi41084 жыл бұрын

    Jabadha gizee heduu sila dirama dalaydu keysati obaleyti ibsa tana hrmaciste bareda

  • @abduramanjamaal5377
    @abduramanjamaal53774 жыл бұрын

    eid Mubarak ya artisi oromo

  • @sead1165

    @sead1165

    4 жыл бұрын

    Subscribe nuu godhaa

  • @abdikade8509
    @abdikade85094 жыл бұрын

    Ani somale isin kabajaa oromo jiiradaa ❤️

  • @hayyatiwallagga9337

    @hayyatiwallagga9337

    3 жыл бұрын

    Anni orommo garru somale nan jaladha isinis nuff jiradha ummurri dherra👍💯👈

  • @zabibakamaal7437
    @zabibakamaal74374 жыл бұрын

    Bayye nama tola jabaadha

  • @sinaar_m5475
    @sinaar_m54754 жыл бұрын

    Heddu takka nah tolle👊😍

  • @nasradiinnashaa5242
    @nasradiinnashaa52424 жыл бұрын

    Masha Allah namatii toltan jabadha

  • @timajtofik1874

    @timajtofik1874

    4 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkk

  • @timsah8407
    @timsah84074 жыл бұрын

    masha allah. 😍💐💖🌺😍🤩🤩 nice nice.. next work translate it.

  • @romialiyi1215
    @romialiyi12154 жыл бұрын

    Masha aallah jolee biyaa tiyaa

  • @Gobelleshow
    @Gobelleshow4 жыл бұрын

    Waan gaariitti jirtanii jabaadhaa

  • @ibrootube4445
    @ibrootube44454 жыл бұрын

    Wwwoooww hedduu Namaa tolaa jabaadha

  • @yadanobiratube

    @yadanobiratube

    2 жыл бұрын

    maatii nuf tahii ibroo

  • @issackaden9108
    @issackaden9108 Жыл бұрын

    Gudi amirr👍✔️❤️♥️♥️😂😄😀😀✔️🖐️🖐️🖐️thankiyouu

  • @moyale3605
    @moyale36054 жыл бұрын

    Hhhhha😂..Adeero jabadhu Dirama heddu nama boohaarsa.

  • @jamaaldheerretube8283
    @jamaaldheerretube82834 жыл бұрын

    Jabadha waan baaye nama boonsu hojajjaajirrtan

  • @zeeynabaazeeynabaa637
    @zeeynabaazeeynabaa6373 жыл бұрын

    Mashaallah nama tola ❤️❤️💚💚❤️❤️😍😍😍😍😍👍👍😅😅😅😅😅Jabbaadha 👌

  • @amina90a
    @amina90a4 жыл бұрын

    Kkkkkk Rabbni dubarti Akkna isin irra haa qabu ijole dhira

  • @maxamedwardi8099

    @maxamedwardi8099

    4 жыл бұрын

    Amiin amiin 😂

  • @kulehabibty6825
    @kulehabibty68254 жыл бұрын

    Like roras tube hedduun jaaladha

  • @marwanahmed1316
    @marwanahmed13164 жыл бұрын

    Wwww waan bareedadha jabadhaa

  • @nasriitube5485
    @nasriitube54854 жыл бұрын

    Hundii kessaan ijolee oromoo hundaf jechottaa kana Artistottaa oromoo hunda biraa ha dhabbanuu isiin jedhaa

  • @arafeetube
    @arafeetube10 ай бұрын

    As wr wb baga ngh dhuftan ❤❤ qalii nama matii isiniif taherati isillen nuftaha🎉🎉 namakoo

  • @jamilah_22a.a74
    @jamilah_22a.a744 жыл бұрын

    jàajjabdha mashaalla

  • @jamsiabdu1579
    @jamsiabdu15794 жыл бұрын

    woow ilmaan biyyaa jabaadhaa

  • @arfatgursum9144

    @arfatgursum9144

    4 жыл бұрын

    Amiro

  • @karimakarima618
    @karimakarima6184 жыл бұрын

    sobaa rakisee manii kenyaa hin o.aa wayii waan yaadadhe qabaa imaa jiraa sobnii akanaa hedduu natii tolee itti fufaa

  • @mohamedabdi3132

    @mohamedabdi3132

    4 жыл бұрын

    👌

  • @shaamilfuaadmd3924
    @shaamilfuaadmd39242 жыл бұрын

    Jabaadhu amiir keenya

  • @nasiiranuradiinalamdulilah135
    @nasiiranuradiinalamdulilah1354 жыл бұрын

    Kkkkkk Safuu Yarabii Akam Nama Ajahiba

  • @diresquads2318
    @diresquads23184 жыл бұрын

    eid mubarak

  • @siifanoromiyaa1335
    @siifanoromiyaa13354 жыл бұрын

    Amirish keenya baye nattii tolaa diraman kee jajabadhuu

  • @jadidtube1
    @jadidtube14 жыл бұрын

    Masha allah jbadhuu

  • @yadanobiratube

    @yadanobiratube

    2 жыл бұрын

    maatii nuf tahaa

  • @qamararsii9396
    @qamararsii93964 жыл бұрын

    Feeneet baay,ee cimtuudhaa dhugaa raabbiii

  • @abdikade8509
    @abdikade85094 жыл бұрын

    Best moves ❤️😂😂😂😂😂

  • @rozahuseenarsii9808
    @rozahuseenarsii98083 жыл бұрын

    Mucayoon tuni hadhaa mana Rorisatii

  • @nasrideen7657
    @nasrideen76574 жыл бұрын

    Hahahahah Roras khaxarii dha 🤣😂🤣😂

  • @shuushuu7726
    @shuushuu77263 жыл бұрын

    Wan bayyee namatii toluu 👍

  • @abdikade8509
    @abdikade85094 жыл бұрын

    Allhuma amiin yaa rabi ❤️

  • @summayyabintisilam48
    @summayyabintisilam484 жыл бұрын

    Kkkk jabadha Oromoo ko♥♥

  • @AAa-hn8vt
    @AAa-hn8vt4 жыл бұрын

    Mashallaa

  • @kalifakalifa7796
    @kalifakalifa77964 жыл бұрын

    Masha allaa

  • @kalifakalifa7796
    @kalifakalifa77964 жыл бұрын

    ED MUBARAK

  • @jettiibalee1812
    @jettiibalee18124 жыл бұрын

    i love it

Келесі