MUDANNOO AJAA'IBAA FAARFATAA ABIRAHAAM TARREE/QOPHII ADDAA

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
MUDANNOO AJAA'IBAA FAARFATAA ABIRAHAAM TARREE/QOPHII ADDAA

Пікірлер: 140

  • @dammituonnatatubef6925
    @dammituonnatatubef69253 жыл бұрын

    eebbifami faarfataa Abrahaam baay.ee isin jaallanna garuu MAALOO MAALOO MAALOO ADARA KEESSAN FAARSAA YOROO FAARFATTAN ULEE QABATTANII HIN FAARFATINAA 😭😭😭😭TVN MOO.AAS isa kana gadi fageessaa nuuf barsiisaa faarfattoota keenya faarfannaan sirba fakkaachaa jira uuuuuuu

  • @falmeralata1445

    @falmeralata1445

    3 жыл бұрын

    Ayyaanni Waaqayyoo ammallee siif haadabalu ayyaana argatte kanammoo sagalee Waaqayyoo keessatti eegamuu qaba garuu faashiniin kan koodii 666 ti waan taheef hubannaa kadhachuu barbaada si haa eebbisu .qopheessitoonni tv mo'aas eebbifamaa yaada amantootaa karaa gaaffii fi deebiin akka hubatamu waan gootaniif akkasumatti itti fufaa.

  • @dammituonnatatubef6925

    @dammituonnatatubef6925

    3 жыл бұрын

    @@falmeralata1445 Ameen Ameen Ameen Ameen Atille dachaako eebbifami gooftaan barakee haa eebbisu

  • @user-be1hy7mt9n
    @user-be1hy7mt9n4 ай бұрын

    Farfarta Abraham waqayyoo siihaa ebisuu ❤❤❤❤❤

  • @hanaahanaa6193
    @hanaahanaa619319 күн бұрын

    Ameeeen Ameeeen ❤❤❤Ameeeen Ameeeen

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha29273 жыл бұрын

    Tv mo.a waaqayyo guddaa isin ha.eebnisu jabaadha itti nuuf fufaa

  • @user-zv1yb4nb2x
    @user-zv1yb4nb2x3 жыл бұрын

    Hundii keessan bagaa geesaan bara har'aa kan ebaa kan gammachuu isiinif haa ta'uu

  • @darbuunkeenyaahinoluu7506
    @darbuunkeenyaahinoluu75063 жыл бұрын

    Wowowowowowo Abiram bay'ee sii jalana kankee farfana duwwaa mitii dubbinkeyuu ufiiti nama wama ebbifami mudanokolees nama kofalchisa galatomaa qopheesitonii Tv mo'aa😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @yadanoshime6139
    @yadanoshime61393 жыл бұрын

    Waaqayyo si ha Eebbissu Abraham Taaree isiniis warra Mo'a Mee Soolimoon Alamuu nu hafeerame

  • @merryassafa5663
    @merryassafa56634 ай бұрын

    Wqyo barifii jireenyaa keessani yaa ebisuu ebifamaa dachadhan dachadhan ❤❤

  • @meseretabate7547
    @meseretabate75473 жыл бұрын

    Wow gooftaan siiha eebbisu gooftaan dhaamsaa gudda dhaamtee waee jireenyaa farfaatoota .farfannan kan sirbaa irra kan adda godhuu sagalee waaqayyoo ofkeessa qabaachuudha

  • @braniibranii3809
    @braniibranii38092 жыл бұрын

    Omg mudannoo kee bayee Aja’ibaa Ebbiffamaa bayeen sin jaladhaa

  • @gospelsingeragegnehusime5862
    @gospelsingeragegnehusime58623 жыл бұрын

    Abrahaam Taree waqayyoo guddaan kana caala si haa ebbisuu. Ani ebbifamerra!!!

  • @ratolesa196
    @ratolesa1963 жыл бұрын

    Ebbifama baaye namatti tolaa garuu haasahan mucaayoo dubaraa tinoo lafaraa harkifama fi ekoo jalaa jalaa hasoftti midiyaf akkaa tahu tti otuu sirresiten jedha

  • @rehobotbalina6281
    @rehobotbalina6281 Жыл бұрын

    Ebbifamaa

  • @biretube5829
    @biretube58293 жыл бұрын

    faarftaa haabiram taree farftaa bayee jaalanudhaa goftaan barakee habisuu yaansaa siifaa bayiisuu hibifamaa warri mo'aa.hunduu❤🌻🌻🌻🌻🌻❤🌻❤🌻🌻❤🌻❤🌻🌻🌻🌻

  • @humnikoogooftaayesuuskiris5077
    @humnikoogooftaayesuuskiris50773 жыл бұрын

    Baay'ee si jaalanna nuuf jiraadhuu nuuf ebbifami sanyii ofii koo dacha ayyanni gooftaa siif haa dabalamu maqaa yesuusitin!!!!!!!📖📖📖📖🙏🙏😍😍😍😍😍😍

  • @kuwtk5051

    @kuwtk5051

    3 жыл бұрын

    Kuni muddano koti nan ma kina suni

  • @gilanibrahimis6968
    @gilanibrahimis69683 жыл бұрын

    Mo.a TV ebbifamaa ebbifamaa baayyee isiin jallaana wowowwwww👏👏👏👏👏👏👏🙋🙋🙋🙋

  • @mominahassen7580
    @mominahassen75803 жыл бұрын

    waaqayyo siyaa eebbisu abraham keenya💐

  • @sarahsarah954
    @sarahsarah9543 жыл бұрын

    Fr Abraham bayyee ebbifamii ayyani isaa sif haa dabalamuu.anis farfanna sagalee waqayyoo of kessaa qabuu bayyee natti tolaa dhamasii garidhaa.

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata40252 жыл бұрын

    Dhugaa baayee namaa Tolu waqqayyoo siin haa ebbisuu♥️🙏🙏

  • @tigesttakili4878
    @tigesttakili48783 жыл бұрын

    Ammeen. Waqayyoo. Nuraa haa. Ariamuu ebbifamii ittii jabbadhuu irrattii. Labissii

  • @martaamucaakakuu1721
    @martaamucaakakuu17213 жыл бұрын

    Wowoowowoowo bayee namatii tolaa dhugaa Waqaayoo ayaanaa siifhaa bayatuu abee ebbifama tv moaa

  • @sifanfilo8142
    @sifanfilo81423 жыл бұрын

    Ameeen ebbifama.ebbifami farfattaa Abraham Tarree god bleess U ♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🌻🌻🌻🌻🙏

  • @mekonintore5038
    @mekonintore50383 жыл бұрын

    Waaqayyo Bara kee Hundumaa Samii Banamaa ilaalaa akka jiraattu siif haa godhuu. Eebbifamii.

  • @werkifwerki6556
    @werkifwerki65563 жыл бұрын

    Wow! Ebbiifama matii Mo'aa tv namati toltuu mee faarfata #Addisuus guyyaa tokko nuuf affeeraa

  • @lalisegiddisa2415
    @lalisegiddisa24153 жыл бұрын

    Abraham Tarree jennaan Isuma dura kan Nama irraati Gadhiisa Turteetu Ba'aa malee inni bannadhera Tube jetee naa Ba'uu Didee.

  • @BELDA143H
    @BELDA143H3 жыл бұрын

    Bagga gessan hunddii kessanuu Waqqayoo jallallaa, naggaa, tokkumaa amanttii nuuf haa kennuu far abraham waqqayoo sii haa ebbisuu

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf99223 жыл бұрын

    Wawoo Abrshi Ebifamii baga ifatii batan 🌼🌼🌼🌼

  • @seemborak6238
    @seemborak62383 жыл бұрын

    Ebbifamaa koo Nafi A koo ❤️💔♥️modannoo kee nama kolfaachisaa

  • @DAWATUBE

    @DAWATUBE

    2 жыл бұрын

    maatii naaf ta'i simboko

  • @user-sn1vd1ph6i
    @user-sn1vd1ph6i10 ай бұрын

    Ebbifama ebbifama 🥰🥰🥰🥰🥰

  • @welega2624
    @welega26243 жыл бұрын

    Far, Abrahaam Eebifamii dachaa akkasummas hojeetotaa TV mo'aa

  • @abdiioromooforomiyaa9373
    @abdiioromooforomiyaa93733 жыл бұрын

    Waaqayyoo sinaa eebisu yaa warra mo.aa nama jaallannuu nu fidani

  • @humnikoogooftaayesuuskiris5077
    @humnikoogooftaayesuuskiris50773 жыл бұрын

    Wowowowo bagaa nagaan dhufte haadhoo koo

  • @meseretabate7547
    @meseretabate75473 жыл бұрын

    Waan hunduumafi namoota hundaafi sagaleen waaqayyoo ubannofi oogumma gaariidha .eebbifami obbolessakoo farfata dhugaa. Farfannakee lafan jiruu olnakaseeraa. Ammayyu barriikeefi tajajillikee haeebifamu

  • @lensalovejesus7909
    @lensalovejesus79093 жыл бұрын

    Ebbiiffamaa baayeen issin jaaladha hundaa keessanu❤❤❤❤

  • @DAWATUBE

    @DAWATUBE

    2 жыл бұрын

    lensako maatii naaf ta'i

  • @user-tv4dd7zm5o
    @user-tv4dd7zm5o3 жыл бұрын

    Uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee waaqayyoo Bara kee haa ebbisuu ebbifami nama dibata ❤️❤️❤️❤️❤️❤️💘💘💘💘💘💘💘💘🌻🌻🌻🌻🌻🌻

  • @cololkololee462
    @cololkololee4623 жыл бұрын

    Bagaa walumaan genyee ebbiiffaammaa🙌🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ebiseajema8052
    @ebiseajema80523 жыл бұрын

    Eebbifamaa! Baga geessan isinis barri 2013 kan gammachuu, kan jaalalaa,kan badhaadhina, kan milkii isiniif haa ta’u! Faarfannaa keeti baay'ee eebbifamaa jirra Waaqayyo si haa eebbisuu Abrahaam mudannoon kee nama kolfisiisa 😀😀😀

  • @abrahamamenu2273
    @abrahamamenu22733 жыл бұрын

    Abrishaa koo eebbifamii

  • @gizuutube413
    @gizuutube4133 жыл бұрын

    Wow Waqayoo bara keessaan haa Eebbissuu maattii mo'a

  • @DAWATUBE

    @DAWATUBE

    2 жыл бұрын

    maatii naaf ta'i gizuko

  • @elisajesuslord9298
    @elisajesuslord92983 жыл бұрын

    Owowowowoow hebifmi hebifmi mucaa kakuu ayyni waaqayyo sif yaa baay'tu sogida biyya lafa ta'i mul'adhu hin dhabttin

  • @derebaishetu9746
    @derebaishetu97463 жыл бұрын

    Ebbifami fr Abarhama tarre bayye sii jalanna qophesitoni mo,aa tv ebbifama

  • @leliseegaramuterfa7727
    @leliseegaramuterfa77273 жыл бұрын

    Ebbifamaa dachaa

  • @salimalbalushi1432
    @salimalbalushi14323 жыл бұрын

    Wowowowowow Ebbifamaa saba gooftaa 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🎓🎓🎓

  • @tigesttakili4878
    @tigesttakili48783 жыл бұрын

    Ebbifamaa. Muddanoonii kee namaa kofalichisaa😄😄😄😄😄❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @burteemucaawaaqayyoo8945
    @burteemucaawaaqayyoo89453 жыл бұрын

    TV mo'aa nuuf jiraadha baay'een isan jalaadha fr Abirahaam nuuf jiraadhu 🌼🌻

  • @DAWATUBE

    @DAWATUBE

    2 жыл бұрын

    maatii naaf ta'i burteko

  • @aalyammahi1777
    @aalyammahi17773 жыл бұрын

    Waaqayyo si haa eebbisu Tarree koo baayeen itti eebbifamee

  • @diboraamucaakakuu4395
    @diboraamucaakakuu43953 жыл бұрын

    namaatti toltuu jabadhaa/jabdhuu habiram tarree bayy'ee sii jaladhaa!🌻🌻🌻

  • @DAWATUBE

    @DAWATUBE

    2 жыл бұрын

    maatii naaf ta'i diboko

  • @meseretabate7547
    @meseretabate75473 жыл бұрын

    Mudannonkee naanis naqumnameraa kessuma waahe nyaataa

  • @loomiishow5192
    @loomiishow51923 жыл бұрын

    Ameen Ameen waqaayoo isiin ebisaa

  • @DAWATUBE

    @DAWATUBE

    2 жыл бұрын

    maatii naaf ta'i lomito

  • @fateseyid7578
    @fateseyid75783 жыл бұрын

    Waaqayyoo isin haa ebbisu

  • @lensegadisa2079
    @lensegadisa2079 Жыл бұрын

    Wwww eebbifami jiraadhu

  • @albertelias9184
    @albertelias91843 жыл бұрын

    Bagaa geenye baga geessa abraham sii haa ebbissuuu

  • @buzuuangeecha3524
    @buzuuangeecha35243 жыл бұрын

    Eebbiffammaa bayee namatti toltuu

  • @fenaankj1392
    @fenaankj13923 жыл бұрын

    Waaqayyoo isin haa ebbisuu hunduma keessanu baay'ee namati toltuu Eebbifama Eebbifama❤❤❤🌸🌸🌼🌼🌼

  • @najahmoussa8443
    @najahmoussa84433 жыл бұрын

    Waqayoo isini yaa ebisuu waan bayyee irraa hubadhee baradhee

  • @ganetmucaaiyesusiyesus3909
    @ganetmucaaiyesusiyesus39093 жыл бұрын

    Wow ebifamaa dacha dacha dacha dacha attilee nuuf jiradhu ebifamii dacha Abraham 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻💐💐😘😘🌼🌼

  • @DAWATUBE

    @DAWATUBE

    2 жыл бұрын

    maatii naaf ta'i ganiyye

  • @hachalutolosa26
    @hachalutolosa263 жыл бұрын

    Ebbifama

  • @meseretabate7547
    @meseretabate75473 жыл бұрын

    Wow deebin inni deebise hubanno guddaadha waee sami Dhugaadha hallifi yeroo bada yoo taheyuu namnni waaqayyo wajjin jiraanan samin yeroo hundaa banadhaa

  • @arsemaarsema4119

    @arsemaarsema4119

    Жыл бұрын

    ሰላም ለእናንተ ይሁን ዋው ተባረኩ አሜን አሜን አሜን አሜን አሜን አሜን አሜን አሜን

  • @tigisttamiru457
    @tigisttamiru4573 жыл бұрын

    Ebbifamii guddaa sii jalaannaa

  • @asterdejene1685
    @asterdejene16853 жыл бұрын

    Bayyeee eebbifamaa

  • @lensamulunafamily5103
    @lensamulunafamily51033 жыл бұрын

    Bayee namatii toltuu jabadha farfana kee maaliiree hin nayadesu kaan jedhuu kessa koo damaskaa wowow isaan sii baresii

  • @biftuuiluubiftuuiluu7875
    @biftuuiluubiftuuiluu78753 жыл бұрын

    Ebbifama ebbifama ijoolee kakuu

  • @makeyagalgalu485
    @makeyagalgalu4852 жыл бұрын

    Ebbifamii lubbukoo

  • @Taredan77
    @Taredan773 жыл бұрын

    Oh my God 🙏😍🙏God bless you all

  • @arsemaarsema4119

    @arsemaarsema4119

    Жыл бұрын

    ሰላም ለእናንተ ይሁን አሜን አሜን አሜን አሜን አሜን ተባረኩ

  • @tashaletadasaofficial9955
    @tashaletadasaofficial9955 Жыл бұрын

    Ajaaayibam

  • @firyotworkine5044
    @firyotworkine50442 жыл бұрын

    Ameenebifamaa

  • @DAWATUBE

    @DAWATUBE

    2 жыл бұрын

    maatii naaf ta'i friye

  • @urjiioro8110
    @urjiioro81103 жыл бұрын

    Eebbifami ❤❤❤❤🌻🌻🌻🌻

  • @shaltobedada8969
    @shaltobedada89692 жыл бұрын

    Ammmmmmeen Ammmmmmeen Ammmmmmeen Ammmmmmeen eebifamii

  • @madotigcalaa981
    @madotigcalaa9813 жыл бұрын

    dhugaa kee jetee Abiramii taree ebbifami ebifamaa

  • @BELDA143H
    @BELDA143H3 жыл бұрын

    Waqqayoo issin haa ebbisuu moaa tv Farffata abraham yadda gudda gattii qabuu nuuf dabarsite waaqayoo jireenya kee haa ebbisuu

  • @jatanielemayoutubechannel8777
    @jatanielemayoutubechannel87773 жыл бұрын

    eebbifama

  • @ashrafmajali7422
    @ashrafmajali7422 Жыл бұрын

    Wowwww ebifamii

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo84143 жыл бұрын

    Aabo Eebifami mudanoke nama kofalichisa😃😁😁😁😁😁😁😁

  • @iyb2612
    @iyb2612 Жыл бұрын

    Wowwwwww eeree nama

  • @berhanugamme6900
    @berhanugamme69002 жыл бұрын

    God bless you

  • @asadxxassess721
    @asadxxassess7213 жыл бұрын

    Ebbifama baayee gaariidha

  • @rowcell78
    @rowcell783 жыл бұрын

    Wwwoo bayyee namati tolaa

  • @oliimanaqabnna6142
    @oliimanaqabnna61423 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuffeee waqayyoon sinaa eebbisu

  • @meserettadasa4601
    @meserettadasa4601 Жыл бұрын

    Yes farfannan kee sagalee waqayyo irratti hundaha

  • @wegaridereje4497
    @wegaridereje44972 жыл бұрын

    Fantastic

  • @madksramsdskara253
    @madksramsdskara2533 жыл бұрын

    Ameeeeen ebbifamaa🙏

  • @amenamen3762
    @amenamen3762 Жыл бұрын

    Amen amen Amen

  • @oromiyaaqaccee1399
    @oromiyaaqaccee13993 жыл бұрын

    God bless as all

  • @tarikuajaleta7309
    @tarikuajaleta73093 жыл бұрын

    Nama amati! Farfana atii farfatera baye ebifama!!!

  • @arsemaarsema4119
    @arsemaarsema4119 Жыл бұрын

    አሜን.አሜን

  • @lensamulunafamily5103
    @lensamulunafamily51033 жыл бұрын

    KZread isaa maqan isaa enyudha

  • @dabachala8077
    @dabachala80773 жыл бұрын

    Eebbe waaqayoo isaaf baayyatu ani farfanna kanaa itti ebbifamaanjira gara fuula duraas.

  • @jifareriget8843
    @jifareriget88433 жыл бұрын

    Ebifamaa

  • @aynlemgondel2420
    @aynlemgondel24203 жыл бұрын

    Waqayo sifi habayi'su, sagale Waqayo tifi humina kadhana male tajajiluni eja hiniqabu. Ebifami farifanani ati farifatu hafura Waqayo , sagale Waqayo tifi humina Waqayo ofi kesa qaba jabadhu Gofitani siha ba'isu.

  • @warkieth2886
    @warkieth28863 жыл бұрын

    Amen Amen Amen Amen

  • @DAWATUBE

    @DAWATUBE

    2 жыл бұрын

    maatii naaf ta'i warkiye

  • @martamarta9331
    @martamarta93313 жыл бұрын

    Abrhmee waqayyni siyaebbsuu

  • @maasiitube3782
    @maasiitube37823 жыл бұрын

    Uuuuu Abireee

  • @misganagosa502
    @misganagosa502 Жыл бұрын

    Akkan si jalladhu abrish

  • @deboragetu2957
    @deboragetu295720 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢

  • @user-tv4dd7zm5o
    @user-tv4dd7zm5o3 жыл бұрын

    Ebbifamaa hundumati kessan mati waaqayyoo sagantaa kessan baay'ee namati tolaa ebbifama ebbifama ebbifama 💘💘💘💘💘💘💘❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻

  • @godisgoodallthattime3406
    @godisgoodallthattime34063 жыл бұрын

    Eebbifamaa❤️🌻

  • @darartu1740

    @darartu1740

    Жыл бұрын

    Wawo baay, ee namati tola Ebbifamii 💯💯💯💯💯💯💯🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @sutumetilahun1572
    @sutumetilahun15723 жыл бұрын

    Waqayyo is haa ebbisu

  • @singitaanyesus8479
    @singitaanyesus84793 жыл бұрын

    Waqayyoo sin haa ebisuu ijoolee waqayyoo bay'ee namati toltuu

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha29273 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk mudanno baayye bareedaadha

  • @tigistbuzuna7487
    @tigistbuzuna74873 жыл бұрын

    Waqayoo si yaa eabisuu

Келесі