MO'AA TV: "Keessummaa Mo'aa" Barsiisaa fi Barreessaa Mihiretuu Shaanqoo wajjin.

Пікірлер: 83

  • @jirtuijooleegooftaayesusin2810
    @jirtuijooleegooftaayesusin28106 жыл бұрын

    ameeen ameeeen ameeeen gooftan waqara sin haa ebbisu baguma kan abba koo tatani ijoole gofta dabale dadabale sin haa ebbisu barnota bayee argacha jira jabadha

  • @yoseffikira8135
    @yoseffikira81354 жыл бұрын

    baayee waaqayyoo isin haa ebbisuu guddaa galatooma itti nuuf fufaa

  • @abayineshbekele3778
    @abayineshbekele37783 жыл бұрын

    Wow wow bayyee namattii tolaa barumsaa bayyee irraa barannee eebbifamaa

  • @ashaadek2663
    @ashaadek26637 жыл бұрын

    waaqayyoo isin Haa ebbisuu baayyee isin irraa barchaa jirraa hubaanna ogummaa kanaa caluu gooftaan isinifi haa dabaluu ebbifaamaa TV Mo'aa

  • @user-tv4dd7zm5o
    @user-tv4dd7zm5o3 жыл бұрын

    Wwwwwwuuuuuuphaaaa ebbifamaa nama waaqayyoo baay'ee namati tolaa ebbifama ❤️❤️❤️❤️❤️❤️📖📖muldhani kessan itti haa fuffuu........

  • @bonaastuzalalam2105
    @bonaastuzalalam21052 жыл бұрын

    Kun immaa akka tasatti sitti dhufe osoo hin taanee Prof Muláta arguun kee waan hafe miti.

  • @asadxxassess721
    @asadxxassess7214 жыл бұрын

    WAQAYYOO dachan sin haa ebbisuu Ayyaanni gooftaan dachan sinif haa bayyaatu ebbifama barumsa hedduu nama barsiisudha

  • @odaatv2220
    @odaatv22204 жыл бұрын

    Dhugaa rabbii dubbachuuf nama kana yeroo mara nuuf dhiheessaa maaloo

  • @jiituudabale1851
    @jiituudabale18517 жыл бұрын

    woww ebbiffama

  • @yohaanneskabbade3823
    @yohaanneskabbade38235 жыл бұрын

    nama baayee jaalannuuf kabajnu obbo miratuu shaanqoo waaqayyo bara saanii haa eebbisu isinis warri tv mo'aa dhaloota ciccimoo waaqayyo karaa keessan waan mullisaa jiruuf eebbifamaa.

  • @user-ck1eh6cg7o
    @user-ck1eh6cg7o7 жыл бұрын

    wow baay'ee gaaridha ebbifama

  • @KhaledKhaled-zs1ny
    @KhaledKhaled-zs1ny4 жыл бұрын

    Waaqayyoo amalle saa gargaru jabbadhuu 📚🙇‍♀️

  • @marabanti6471
    @marabanti64716 жыл бұрын

    wowww wan guddaan rraa baraadhee isa dhageenyeeti akka jiraanuf waqayyoo nu agargaru!!!!

  • @abrishshibiruu2985
    @abrishshibiruu29857 жыл бұрын

    Wow ebbifama

  • @tayelalisaamante3424
    @tayelalisaamante34245 жыл бұрын

    Hayyuu keenya umurii dheeraa siifaa kennu waaqayyo!

  • @dugumagudeta855
    @dugumagudeta85511 ай бұрын

    appericiate

  • @kindatawil9517
    @kindatawil95177 жыл бұрын

    woww bayeeeee gariidha barusaa garii eebbifami!!

  • @mobileplus6425
    @mobileplus6425 Жыл бұрын

    Eebbifamaa

  • @kenenitaye9257
    @kenenitaye92577 жыл бұрын

    waaqayyoo si haa eebbisu Barsiisisa baayee baayee namatti tola keessattu ana garaa na ciibse

  • @abduselam12
    @abduselam125 жыл бұрын

    very interesting ....

  • @yoomiilataa216
    @yoomiilataa2167 жыл бұрын

    Waqayyoo guddise isan haa Eebisuu nufii jiradha wanii bayyee isini iraa baracha jira

  • @elsaagabbissa2198
    @elsaagabbissa21987 жыл бұрын

    Waaqayyoo ol waaqaa irraa isin haa ebbisuu ebbifama kanumaa caalati ogummaa argadhaa ija godhadhaa iji keessanis bilchaate dhaaloota fi haa ta,uu itti fufa......

  • @derartudemesa3379
    @derartudemesa33793 жыл бұрын

    Eebba dachaan eebbifama ittiboqodheera

  • @genetiyob7893
    @genetiyob78937 жыл бұрын

    Eebifamaaaa Baayeeee

  • @bontuangesa4162
    @bontuangesa41627 жыл бұрын

    dhugaa jechaan itiin bisuun na haaqataa barumasaa gudaa iraa argadheraa waaqayoo siin Eebbisuu Eebbifamaa !!!!!!

  • @marabanti6471
    @marabanti64716 жыл бұрын

    wow eebbifama

  • @shdhdhshhs9321
    @shdhdhshhs93215 жыл бұрын

    Wwwwwww ebifamaa dhugadhaa

  • @marabanti6471
    @marabanti64716 жыл бұрын

    wow eebbifama akkasumas daddaabala nu hafeera!!!

  • @MagiDasta
    @MagiDasta5 жыл бұрын

    Maaloo namni kuni nama addaati! Kuni Maartiinluuter Kiing irra hin caalu jettenii yaadduuree? Waaqayyo baraafi jireenyakee haa eebbisu, gaggeessaa gaariis si haa taasisu! Be blessed in advance, Prof. M.Sh!!

  • @shumitumidhaksa4209
    @shumitumidhaksa42095 жыл бұрын

    Wawaa Eebbifama

  • @askalea176
    @askalea1767 жыл бұрын

    gooftaan isnii haa ebbisuu

  • @eliyasfite2548
    @eliyasfite2548 Жыл бұрын

    Yeah nama nana amale nuuf eebifamii.Nuuf jiraadhu

  • @amotube8394
    @amotube83942 жыл бұрын

    Geeggessummaan imaanadha immanan immimmani hin nyaatamu

  • @AmdeAbera-uv7nx
    @AmdeAbera-uv7nxАй бұрын

    waan guddaa irra baranne nuuf jiraadha.

  • @abdiinjira9798
    @abdiinjira97987 жыл бұрын

    Wow! What a great talk! Thank you very much MOA tv. How can we get those books? If it is available online, please attach the link for us. Thank you Barsiisaa, May the Lord whom you Serve bless you with more profound knowledge!!!

  • @hawifarajagobana1972

    @hawifarajagobana1972

    6 жыл бұрын

    Abdiin Jira AmeeeeeenAmeeeenAmeee n

  • @haafizshamsu6246

    @haafizshamsu6246

    3 жыл бұрын

    G

  • @GelanaGaroma-tw2lb
    @GelanaGaroma-tw2lbАй бұрын

    ❤❤❤❤

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin64567 жыл бұрын

    woow woow bayee bayee waqaayoo sihaa ebisuu yanii kee bayee namati tolaa muca waqaayoo .....

  • @jitumideksa3979
    @jitumideksa39795 жыл бұрын

    Barii jireenyaa kee Haa ebifamuu baay'atee baradhee

  • @villainousvillainous7974
    @villainousvillainous7974 Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @husniahassen8498
    @husniahassen84983 жыл бұрын

    Eebiifamii jiradhuu

  • @tiyamoti3010
    @tiyamoti30106 жыл бұрын

    Baayeee barumsaa garidhaa ebbifaam

  • @rcell7328
    @rcell73284 жыл бұрын

    abdiin ilma borruti otoon wanta darbee l love yo

  • @siiforatube5733
    @siiforatube57335 жыл бұрын

    wow Goota keenyaa Eebbifami!garuu kitaaba kana eessaa argannaa?

  • @dfhhjncvjm6064
    @dfhhjncvjm60647 жыл бұрын

    wowowo

  • @naolbikla6905
    @naolbikla69054 жыл бұрын

    Baay'ee namatti tola,gooftaan isin haa eebbisu...

  • @yoomiilataa216
    @yoomiilataa2167 жыл бұрын

    yoo yeroo qabatani maloo mo`aa ordofaa. Walii walii kessaniti dabarssa walii dhagesissa (waliti imaa addaraa bekumissa gaa iraa hargatu

  • @rcell7328
    @rcell73284 жыл бұрын

    wwwwwwwwwwwoo nama beeka

  • @latiteferigetahun72
    @latiteferigetahun723 ай бұрын

    Miraatuu Shaanqoo Barsiisaa fi Barreessaa

  • @bachahirpesa
    @bachahirpesa Жыл бұрын

    Jabaa leencaa Oromoo

  • @villainousvillainous7974
    @villainousvillainous7974 Жыл бұрын

    Kitaba isaa bitachuu naan barda akami argachuuu danda'aa

  • @awelahmedtayibali9881
    @awelahmedtayibali98813 жыл бұрын

    Naaf jiraadhu jiruugaarii

  • @rihhanaali4051
    @rihhanaali40515 жыл бұрын

    W..

  • @sonangutama6917
    @sonangutama69175 жыл бұрын

    Waqqayyoo nama kan nuuf haayyeguu ijaa dinaa irraa.

  • @issaahmed4895

    @issaahmed4895

    5 жыл бұрын

    bayee namatti tolla shanqoo

  • @jdhdhdjdjdh5968
    @jdhdhdjdjdh59685 жыл бұрын

    አቶ ምህረቱ ሻንቆ በጣም ጥሩና ጠንካራ ምሁር ነው ጀባዱ ሲጃለና ለወጣቱ ጥሩ ምሳሌ ነው ሞሀ ማለት ድል ማለት ይመስለኛ ካልሆነ ምን ማለት ነው ? በርቱ

  • @rcell7328
    @rcell73284 жыл бұрын

    santisti beekama wan borru dbuufu namaa afoo deeme qo.atuu yarabii namaa kan nuu bulchi adunyatii beeksisii

  • @abayineshbekele3778
    @abayineshbekele37783 жыл бұрын

    Barumsii kee hin quufamuu barsisaa nama onnachisaa

  • @dinqituurafisaa2443
    @dinqituurafisaa244310 ай бұрын

    👍👍🙏🙏🌻🌻💖

  • @rcell7328
    @rcell73284 жыл бұрын

    akka natii tolee hasofnii namicha kana mali jeedben ibsaa yarabii namaa akkaan nuu bay.isiii ebbifami

  • @busahambisa3576
    @busahambisa35767 жыл бұрын

    Waaqayyo isin haa eebbisu. Barsiisa si jaal'anna; si kabajna. Isa hubannaa kanaan si gonfeef galatni sitti hin hir'atinkaa maal jennaa mitii!?

  • @fkkjj9884
    @fkkjj98845 жыл бұрын

    Lakk bilbila keessan nuuf bareessa kitaaba keessan barbannaa

  • @hawaaimon3647
    @hawaaimon36475 жыл бұрын

    siinoo obbola naatii faakatu

  • @endalewsenbeto720
    @endalewsenbeto7207 жыл бұрын

    baayyee namatti tola .

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin64567 жыл бұрын

    waqaayoo eba bara baraa sif yalatuu barsisaa miratu yanikee gudha wan abdii nama horachisudha ebifami dacha dacha.

  • @Henna-ed7bn
    @Henna-ed7bn4 күн бұрын

    Jaabaa nama akkuma ittii dubiisuu jaaladhu kitaba isaa

  • @hawwiibiqilaa1377
    @hawwiibiqilaa13775 жыл бұрын

    Eyee baayee namati tolaa

  • @qerroojajjabe5972
    @qerroojajjabe59725 жыл бұрын

    Kitaaba kana karaa Kamin argachun danda'ama

  • @fahdsalimfahdsalim706
    @fahdsalimfahdsalim7065 жыл бұрын

    Bayee namati tolaa kitabaa esati ariganaa

  • @yadatenyaretasgera7769
    @yadatenyaretasgera77696 жыл бұрын

    Ebifamaakaasuumaabarsiisaamiraatuushaanqoogooftaansihaebisuuayyannaaisahaasifhabaayisuuebifamaamiidachaadachaansaudiirraa

  • @abdisaaagaa9034
    @abdisaaagaa90345 жыл бұрын

    kitaaba kana eessan argaadhe bitaadha mee?

  • @rcell7328
    @rcell73284 жыл бұрын

    murteesaan wanta harka qabaan osoo hin ta.an ilalcha ofii qabaniidba

  • @tolesafufa644
    @tolesafufa6445 жыл бұрын

    kitaaba kana eessaa argachuu dandeenyaa???????????/

  • @elenamassae1027
    @elenamassae10275 жыл бұрын

    Kuunis naaf diinqiidhaa kessuumootaa isiin qopheesiitan! namoonii dhaalootaf fakenyaa ta'aan tuudhiiyaata sabaa koof guudabarbachiisadhaa ammas bilchiinaafi hubaanaa addaa isiiniif yalaatuu umman baariif galgaala!!!

  • @ansariianas7340
    @ansariianas73402 жыл бұрын

    Gzx Lattuu jaalalti lafee duugdaatii dubartoonni humnaafi barnootaa dursiitii library's Danielkibrat guyyarraa hojiidha.ni falmannaa lafattis!!!ijaarsi freebaqqalagarbaa freejoharmuhamad #freelammii beenyaa waliin waliif Qeeyis Balaay lafaa nafaanisSAW #Eegii dhugaa onneetti nifalmanna sodaa lubbuufi siyaasni lubbuu dhabe eeyidiiree Zinnash #struggle to Mallasiizenawii OBN deebitee

  • @zinapf6656
    @zinapf66565 жыл бұрын

    Miratu baay'ee dinqisifatu keeti jiraadhu

  • @kunezmakeyu
    @kunezmakeyu4 жыл бұрын

    h

  • @hawwiibiqilaa1377
    @hawwiibiqilaa13775 жыл бұрын

    Maloo kitaabicha esaa argaana

  • @rcell7328
    @rcell73284 жыл бұрын

    hasofnii isaa damma calla mi.awwa santisti natii fakkata

  • @ansariianas7340
    @ansariianas73402 жыл бұрын

    Gootaa hojiinis ijaarsagoototaati harki #diina tole jedhu jabaadhuka #freedajanee #FREEHAMZA freejoharmuhamad freeBaqqalaa garaanis amiiin yaa lafaafilafeen sammuunis onneen marii barnootaa yeroo cufaayyu Dr faayyaan daandii haqaatii sammuunis #Stoparresting #nodecracy Abiy Ahmad seenaa haqa bulchinsa lafaatiin humna dhaloota hegeereetii Humna art acaluukurree jilbaatii daguu dhoowwii roorroo lubbuun gootaa ijaafigurraattii qaaliidha biyyaatiif biyyeettis hojiidha ogeessaafi ogeettii #haqa ummataaf yaarabbii #laftis ummataaf irkoodha teessuma lafaa fi fedhiinis kutaa odeeffannootii zinnaash

  • @ansariianas7340
    @ansariianas73402 жыл бұрын

    Hayyuun waan ofii ijaarsa gootaaf ciqileedha ummataaf irkoodha teessuma lafaa fi lafeen barnoota nuralhudatv. Qaamaafilubbuun bulchinsa lafaatiin eegumsaaf yaaduun #eegi lafaa kaatuu dubbii yaadan walqixxummaa sabaafi sab Oromia to Mallasiizenawii agartee Har'as2014 har'as karaadha dhalootaaf kurreejilbaatii ibidda garaanis qabsoodha ulfina qulqullina barnootaaf maaf jibbinee/Yaadaafiqabiin ethioforrum garaan diina mooyanii.yaanni hojiif.deemsis waliin yaadaa waa arganii eeganii #Humni securityabadan tasuma beekii dhibeefi fayyaan waliinyaaduun dhalootaaf joharmuhamad imaanaa #yaada mo'ataan #dubbii #ijaarsa yaanniis hojiidha.ni falmannaa lafattis!!!ijaarsi furtuudhaa #ammas ijjii gurraanis

  • @kunezmakeyu
    @kunezmakeyu4 жыл бұрын

    h

Келесі