keessummaa Yeroo Jaalalaa- Ijjigaayyoo Fiqaaduu

Ойын-сауық

namoonni anaaf jaalallee kiyyaa gidduu deeman gidduu keenyaa bahuu qabu-- Ijjigaayyoo Fiqaaduu keessummaa yeroo jaalalaa

Пікірлер: 405

  • @Baisa222Ali
    @Baisa222AliАй бұрын

    Jabadhuu eshii waqayoo walitii sini ha jalaatuu❤❤😢😢😢😢

  • @Megertumek-dd8yv
    @Megertumek-dd8yv7 ай бұрын

    Jaalalli: Bifa Hojjaa Qabeenya Bareedina fi kanneen kana fakkaaatan hin filatu Kanaaf jecha namaa dhageessani jaalallee keessan miidhuu hin yaalina guyyaa tokko midhamuuf jirtu.Ijjigaayyoko homaa miti obsi waan hunda ni caala abdiike hin kutiin deebi'uu ni danda'a 😢😢😢

  • @astadeetube2657

    @astadeetube2657

    7 ай бұрын

    😭😭😭😭😁

  • @Naturallife735

    @Naturallife735

    7 ай бұрын

    😢😢😢

  • @SannayitHayluu
    @SannayitHayluu7 ай бұрын

    😢 dhuga rabbi imamman ija na guute💔🥺 Ayzosh wan hundaafu rabbitu jiraa beekaniis isadha Kan murteessus rabbidha😢 ❤❤

  • @Ayyuu25th
    @Ayyuu25th7 ай бұрын

    ❤‍🩹❤💔❣ Buchoo as hin baatu Ma fuula dhokfatta? Jaalala sodaatte Nama dhugaan si jaallattuu Waaqasee goote si farfattu Lubbuuko si laadha jettu Ma qanfattee baqatta? Ma mataa ke miliqfatta? Kaleessa ishee hin beektu Ma harra nu dhokatta? BUCHOOKO jette, si mararsifattee, mararteen si waamti. Imimmaan jaalala, lakkuu lakkuu, oonnee sheerraa si cobcobsiti. Itti hin qaana'iin Ishees hin dhokatini Ishees hin dhiisiini Yoo ati ishee dhiistee, Waaqni jaalala sin dhiisuu Imimmaan shee loola'uu, Coba tokko lafa hin buusu. WAAQNI JAALALA SIN DHIISUU (2x) AyDu Lova 18 12 2023

  • @leenii-pe3rs

    @leenii-pe3rs

    7 ай бұрын

    Qalaamnikee haa mirgisuu Saanyiikoo!!!

  • @Ayyuu25th

    @Ayyuu25th

    7 ай бұрын

    hayyee hayyee @@leenii-pe3rs

  • @sinbboowallaga5329

    @sinbboowallaga5329

    7 ай бұрын

    Galatomi Sanyi ofi ❤❤😢😢

  • @Ayyuu25th

    @Ayyuu25th

    7 ай бұрын

    hayyee hayyee ✋❤@@sinbboowallaga5329

  • @JamiilaJamu-yn3kt
    @JamiilaJamu-yn3kt7 ай бұрын

    Ati bayyee bareeddudha barareeddu koo ufi hin tuffatin ofiin booni malee rabbiin nama ufii siif jaalate siif haa kennu

  • @user-ln9uw9eg1y
    @user-ln9uw9eg1y7 ай бұрын

    Ofii itti amanamuman ishe dasi nama jedha❤

  • @user-wu7lj1kn9z
    @user-wu7lj1kn9z7 ай бұрын

    Gubaa jalalaa kanii argetuu bekaa hadhoo koo dhisii waqayoo hiree kee si hin dhorkatuu❤❤❤❤❤😢😢😢

  • @user-xc1jz5jb4u
    @user-xc1jz5jb4u7 ай бұрын

    Maalo hin bohin yaa rabi namati murtesun ulfatadha dhuga hadho koo homa miti caran kee waqayo arka jira ofiti amanamun baye des nama jedha of midhin hundu wan hiren isa qabate qaba jedhe keol 😢😢❤❤❤

  • @abatefulaskelecha8857
    @abatefulaskelecha88577 ай бұрын

    Ijjigayyuun dubartii ciimitu dha. Kuni tahuu baattuus jallalli birra ni dhufa jabadhuu obsii !

  • @jameelajameela7132
    @jameelajameela71327 ай бұрын

    Yaa Raabii ati wani jajali nama godhuu isaa itini qabame tuu beekaa😢😢😢 Rabini sii haa laafisuu oboleeti koo

  • @MegartuBoni
    @MegartuBoni7 ай бұрын

    Uuuuuufffff obsii haadhoo koooooooo hin bohiin garaa keenyaa nuu raaftaa haadhoo koooooooo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @bashadutube
    @bashadutube7 ай бұрын

    Jabduu koo ijigayoo bagaa naganii nuuf dhuftee ❤❤❤❤❤

  • @obseeintalasalale2034
    @obseeintalasalale20347 ай бұрын

    Maqaa muziqichaa ijoo Mee nattii himaa

  • @mohammednasirabagero5668
    @mohammednasirabagero56687 ай бұрын

    Dhiirrii yeroo baayyee feedhii halkan tokkootiif jecha waan fedhee dubbata dhiira hin amaniin

  • @obseobse563
    @obseobse5637 ай бұрын

    Abshir baga onnee jaalalaa qabattee waaqayyoo sii haa milkeessuu😢😢❤❤❤❤

  • @user-sx3ce1ro9c
    @user-sx3ce1ro9c3 ай бұрын

    Amahuu sajalaa tuu❤❤❤❤

  • @BurteeShow-hm9rg
    @BurteeShow-hm9rg7 ай бұрын

    Ijjigayoo rabbii si.haa gargaaruu mucaa tokko.itti dabaladhuu❤❤❤

  • @abrasedeme3153
    @abrasedeme31537 ай бұрын

    Buchee koo waqayyooni sii waalin yaa ta,uu buchee koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @alamneshghada5099
    @alamneshghada50997 ай бұрын

    Homaa mitii hadhokoo 😢 waqayoo sif jiraa atii waqayoon kadhachutii jabadhuu 😢😢

  • @user-yl2vh1kx4t
    @user-yl2vh1kx4t7 ай бұрын

    Wayyoo miskini tiyyaa Maaloo Yaa bara kana dhiraa shamaranii maalifi bochastitu garuu 😢😢😢

  • @haadhaseenaa2670
    @haadhaseenaa26707 ай бұрын

    Ayi jaalala kana dhugumayyuu jaalalli kun waan to'atamuu danda'u miti tokkicha si qabee jennaan maraatuu si taasisa isayyuummoo dhukkuba jaalalaa kana namni namaaf hin beeku yeroo baayyee 😢😢 abshir haadhokoo kan Waaqayyo jedhe inuma ta'aa.

  • @gelanebiri6929
    @gelanebiri69297 ай бұрын

    Maalo jaalalaatti hin qoosina dhibee dawaa hin qabne kana jireenya nama wallaalchisaa uuff 💔😢

  • @hawwiimolee7887
    @hawwiimolee78877 ай бұрын

    Homaa mitti kaan waaqayyoo si siifi keene dhabaduu ati😢😢

  • @BurteeShow-hm9rg
    @BurteeShow-hm9rg7 ай бұрын

    Sirbaa ofirraa dhiisii waaqayyoon.faarfaadhuu Please kan namaa hin dhiisnees hin.gannees isaa yeroo muddamaa keenyaa ta'ee oolchaa keenyaa faarfaadhuu.❤

  • @user-ur3pv1gt3l
    @user-ur3pv1gt3l7 ай бұрын

    Hihi jalalaa jalalattii hin qosamuu dhugaa

  • @user-vw8nx6wu9z
    @user-vw8nx6wu9z7 ай бұрын

    Jalaji wani nama hin gonne hin qabduu ❤❤❤❤❤😢😢

  • @user-zx3zj5ru4h
    @user-zx3zj5ru4h7 ай бұрын

    Uuuuufffiii Baay'ee Namati tola Ijigaayookoo❤❤❤❤ Jabaadhu Guyyaa tokko wali agartuu Obsii

  • @lalinegaso5849
    @lalinegaso58497 ай бұрын

    Jalala jechuniii dhukuba dawaa hiniqabineee😢😢😢

  • @user-xc1jz5jb4u

    @user-xc1jz5jb4u

    7 ай бұрын

    Dhugadha 👍👍👍

  • @SudiAre-bo1de
    @SudiAre-bo1de3 ай бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢maqaansaa eenyu mucaan sirbi kun ichi argama dhiiraa

  • @user-rp1lh5qs7i
    @user-rp1lh5qs7i7 ай бұрын

    Safuu Biyyaa lafaa maalii wayyaa Uuuuffffff! Jajjaabaadhuu Buchoo koo!

  • @caaltuubaanchee7550
    @caaltuubaanchee75507 ай бұрын

    😢😢😢😢😢sorry dhugaa ijjigayyoo too waaqayyo yaada gaarii siif qaba jabaadhu 😢😢😢😢😢

  • @user-xh5ju5uw7p
    @user-xh5ju5uw7p7 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ jabinaa sifii yaa keenuu maalii jeenaa yoomuu uuuuffiii buuchoo hojii kee argadhuu

  • @user-xj8oc4bi2l
    @user-xj8oc4bi2l6 ай бұрын

    isaa du'u as siiolchee yaaddama dhu jaalaa kitootoosiinni mulliisii

  • @kamilaabdala2131
    @kamilaabdala21317 ай бұрын

    Amishirii homaa mitii jabadhu rabinii sibiraa hajiratuu inshallah Boruu guyaa biratii jabadhu 😢

  • @user-fl7qz4nz1t
    @user-fl7qz4nz1t7 ай бұрын

    Homaa mitii ijigayo jaalatani dhabuun waanumaa jirudhaa Ashir qaalii koo jabduu namaa

  • @user-gf9oj6rt1h
    @user-gf9oj6rt1h7 ай бұрын

    Miskiina too rabbiin walitti isin haa deebisu❤😢

  • @memeal9923
    @memeal99237 ай бұрын

    Atiii waraa gagababoo sanaa kesaa jaladhuu dhirii akakee gagababon jiruuu

  • @user-rr6no7bp7y
    @user-rr6no7bp7y7 ай бұрын

    Jabduu nama dhugaa bayyee nati toltaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @desumandesuman
    @desumandesuman7 ай бұрын

    Amaantii keetti jabadhu Isaacs sii wayyaa

  • @user-it6od2vk7k
    @user-it6od2vk7k7 ай бұрын

    Waaqayyootti jabaadhu sirba keessa hin galiin

  • @kwkw2880
    @kwkw28807 ай бұрын

    Abshiir maloo uuuuuuffffff ya jalalaa hin bohin qaalii too😢😢💔💔💔❤️❤️

  • @meseretchala1952
    @meseretchala19527 ай бұрын

    Waqayo isaa yaa gafatuu Garu kanii faya namafii kenuu waqa😢😢😢😢😢

  • @mediitube8488
    @mediitube84887 ай бұрын

    Gifti koo madaa jaalalaa kan jaalaate dhabeetu beeka Waaqayyoo si haa gargaruu jabaadhuu atis❤

  • @senaii9990

    @senaii9990

    7 ай бұрын

  • @zxczxc3083
    @zxczxc30837 ай бұрын

    Ayi maalif ofiti bosisaa garuu dhugaa gaarii miti uttu fayyaleti tatele rakkoo hin qabu 😢😢😢😢😢😢jabadhuu hadhoo koo 😢😢😢

  • @etopyjan8189
    @etopyjan81897 ай бұрын

    Abshiir hadhoo koo Rabbii tu Jira waan hundafu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Dinaol4412
    @Dinaol44127 ай бұрын

    mucaa fataa jettee,qophii baayyee bareeda ture🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-mr9tj2zc9f
    @user-mr9tj2zc9f7 ай бұрын

    Waqayyoo sif ha dhisuu hadhoo ko. namaa waa hin jillee si qofan argee safuudha ammas na gargaraa jetee bo'uufi ullfooftee of adabdee hin teessuu mana kee siraa hin bareeduu wanti akkasii mana ta'ii waqayyoon arara kadhadhuu.

  • @yawahremedia8569
    @yawahremedia85697 ай бұрын

    Waaqni jaalala sii haa milkasuu ijiguu koo😢😢😢

  • @nugusedesseejeta8880
    @nugusedesseejeta88807 ай бұрын

    Sirbaara of quusaadhu waqayyoof faarfaadhu isaa sigargaare waalin hin maakiin offiitii amaanamumaan kee garuu namati tolaa jaabadhuu❤❤

  • @ZamizamTube
    @ZamizamTube7 ай бұрын

    Rabbin wiiti issin hafiduu abshir

  • @saab9056
    @saab90567 ай бұрын

    Ilmi namaa kuni rabbiin hin sodaatu uuff 😢😢 Aahhh

  • @user-be3ct5uq8r
    @user-be3ct5uq8r7 ай бұрын

    Hyyyyyii jigayoo waqqayyoo qofaa farsii hin dogogorinii maloo lubu too hayizoshii waqayyoo wani hunudumaa sii siresaa ishii hin biyinii xalyii jabadhuu

  • @Obsii365
    @Obsii3657 ай бұрын

    Obsii jabaadhu hadhoo koo 😭😭

  • @gelanebiri6929
    @gelanebiri69297 ай бұрын

    Uuuff na mararti onnee qulquullu qabdi❤❤❤😢

  • @KanNaeguuHinRafuu
    @KanNaeguuHinRafuu7 ай бұрын

    Yoo Namanii.Barabanee MAfii Namaaa FAnnaa Turuu Garuu Dhiironii Kun.Waqummaa.Akamiituu Isanii.Ummee GAruu💔💔💔😭😭🥺

  • @user-xc1jz5jb4u

    @user-xc1jz5jb4u

    7 ай бұрын

    Uuuuf dhuga keeti jete me ma dura iti dhufe bochisa kaa ya Waqayo uuuu garu dhuga nama gadisisa nama mararti wa meqa iti dhagahama ishi uuuf waqayo 😭💔💔

  • @KanNaeguuHinRafuu

    @KanNaeguuHinRafuu

    3 ай бұрын

    Nanii Bohee Dhugaa Waqaa😥😥😥😥

  • @jameelajameela7132
    @jameelajameela71327 ай бұрын

    Misikinaa tiyaa naa tuufatii jedhe jetii uufii wlh qaalabituu nama caabaa

  • @SudiAre-bo1de
    @SudiAre-bo1de3 ай бұрын

    Chiikii kesse takke rabbii isaa takkaluu aboo

  • @AbdiAga-lp3kk
    @AbdiAga-lp3kk7 ай бұрын

    Dogogorri bayye dhalota kanaaf fuula bareedaafi maallaqa duukaaa fiiguudha, jabaadhu Jigaayyo

  • @HunduuWaaqaan
    @HunduuWaaqaan7 ай бұрын

    Animayyuu jaalallisirraa na qabe.

  • @tigtijitube8325
    @tigtijitube83257 ай бұрын

    Duraa malif jalqabee egaa walin hin turee egaa ishe jalalaa kessaa Galtee gatee demma 😢 azoshi hadhoo ko atis daftee jalalaa kessaa hin galin

  • @gelanebiri6929
    @gelanebiri69297 ай бұрын

    Abdii hin kutaatin haadho koo ati dubartii cimsuudha ❤

  • @shumigirmaa8231
    @shumigirmaa82317 ай бұрын

    Waqayyo walitii sin haa ararsuu❤

  • @masaratlamma8075
    @masaratlamma80757 ай бұрын

    Ayozshii ijigayo hundu garumadhafi

  • @workneshdekeba6725
    @workneshdekeba67257 ай бұрын

    Ayyii dhirraa garaa isnif kenne garuu😢😢😢cubbuu hin sodatan garuu😢😢😢

  • @wagayobalay3980
    @wagayobalay39807 ай бұрын

    Waqayoo ni faraddaa dhugaa uuuuuf giftikkoo😢😢😢

  • @user-tc5tc4nq6d
    @user-tc5tc4nq6d7 ай бұрын

    Uuf gara nama nyaattim dhugaa😢😢

  • @HunduuWaaqaan
    @HunduuWaaqaan7 ай бұрын

    Kolfi kee jaalala namaamii bineensayyuu hin qabsiisa.

  • @hawwiimolee7887
    @hawwiimolee78877 ай бұрын

    Ayyii yaa dhiraa Duraa jalaatee maalifmoo jalaa badaa mee 😢😢

  • @GalmaJattani-zn8nt
    @GalmaJattani-zn8nt7 ай бұрын

    Kanaa ishii iraa gamachisuu ofiiti amanamuma ishii

  • @ateqanaeem9178
    @ateqanaeem91784 ай бұрын

    Abshir lubu hireke ke hindhabdu😢😢😢😢😢.😭😭😭😭😭😭

  • @user-ov5xv4ed3y
    @user-ov5xv4ed3y7 ай бұрын

    Anani giftii koo waaqayyoo ilmoo sif haa kennu

  • @ZainabHamdan-rp8ln
    @ZainabHamdan-rp8ln7 ай бұрын

    Ayii jalalali ijahiqabdu misikina😢😢😢

  • @JituGamssa-ij9jm
    @JituGamssa-ij9jm7 ай бұрын

    Jabadhu sarekoo omaa miti😢😢😢😢😢

  • @user-ii1tv7qb9d
    @user-ii1tv7qb9d7 ай бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤jalalii jamadha rabbni siraa hin fagesini

  • @munttahaaliyyi7842
    @munttahaaliyyi78427 ай бұрын

    wly hedu naAjaibe dhuga banti jalali baka hin filatu😢😢😢😢

  • @AjjeeEntertainment
    @AjjeeEntertainment7 ай бұрын

    Uuuu😢😢😢 Ana nyatu sare koo abishir ❤❤

  • @user-yb3ub8bq1e
    @user-yb3ub8bq1e14 күн бұрын

    uuuuuuuuuuuuufffffffffffffffffffffff obsii hadhookooo hin ba'ii bay'ee namaa gadisisa dhugaa jalali bifaa hin filatu hojaa hin filatu qabenyaa hin filatu Ayi Yaa jalala

  • @BaalchaaTolosaa
    @BaalchaaTolosaa7 ай бұрын

    Waaqni jaalala uume si gaafata bucho itti deebiyi

  • @ChaltoTasfai
    @ChaltoTasfai7 ай бұрын

    Sirbaa dhisi ijjigayyoo 😢😢

  • @dastaatube3641
    @dastaatube36417 ай бұрын

    Uuuuffffgf Dhugaa bayyee gata nama nyaati🥰🥰🥰🥰🥰

  • @user-sr9wi1wm7r
    @user-sr9wi1wm7r7 ай бұрын

    Jabadhuu goftaan siyagarrgaruu

  • @OppoA-fu8et
    @OppoA-fu8et7 ай бұрын

    Dhugaa waqayoo bayee natii dhaagahamee

  • @Dubai-me1hk
    @Dubai-me1hk7 ай бұрын

    ❤❤❤❤uùuuùfffe gara nama nyatii obsii hadhokoo wqy jira 😢😢

  • @user-fj7ew6oh8p
    @user-fj7ew6oh8p7 ай бұрын

    Ayyiii ijjigaayyoo koo naqamtee naannoooo kam jiraati laata

  • @user-ch8ck5pj6c
    @user-ch8ck5pj6c7 ай бұрын

    😢😢😢waaqayyoo arjaadha abbisr

  • @jameelajameela7132
    @jameelajameela71327 ай бұрын

    Pls Raabii jedha jiduu bahaa😢😢😢😢

  • @wqyoabdikotii2337
    @wqyoabdikotii23377 ай бұрын

    Hayi jaalala kana 😢😢😢

  • @yasmeenaahmed542
    @yasmeenaahmed5427 ай бұрын

    Abshir bareduko homaa mitii

  • @MastuuMastuu
    @MastuuMastuu7 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ jabadhuu jabduu kooo

  • @selamawitsinaanaa781
    @selamawitsinaanaa7817 ай бұрын

    😢😢😢😢😢 opsii atii hedduu jalaata sila ta'ef hinaafta 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤

  • @sukkareegaazzuu7173
    @sukkareegaazzuu71737 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰misikini dhugaa waqayyoo

  • @medina7782
    @medina77827 ай бұрын

    Akkataani sii jaaladhuu jiguu too

  • @masiitub
    @masiitub7 ай бұрын

    Waqayoo walti isin yaa debisuu

  • @GadiseMamo
    @GadiseMamo7 ай бұрын

    Kiristanii kiristosin qabuu biyyaa lafaa wajin gafaa jirenyaa isaa walin makkuu jirenyii isaa wal makadhaa kanu attii jirenyaa kee ykn ijaa ka'ee biyyaa lafaraa kasii malii sirbin kee kaleesa kee yadadhuu

  • @user-xc1jz5jb4u

    @user-xc1jz5jb4u

    7 ай бұрын

    Kkkkkkk sirbaf mazmuri kesanu garagaruma qabu kkkkk ani adan besatu beku akuma marata iya oltu ol utaltani gad utaltani mazmuri des des eyaleng new jedhu toko ufuma of gorsa ware qqqqqqq ay bente denkara rukuta oltani mazmuri kan waqa wajin waliti nama fidu male qama utalani miti ketuma beki 🙄🙄

  • @meskeremtujiba9327

    @meskeremtujiba9327

    7 ай бұрын

    Sin galchuu

  • @user-xc1jz5jb4u

    @user-xc1jz5jb4u

    7 ай бұрын

    @@meskeremtujiba9327 biri 5,,50ti,,sif jijire jetan ka isinu ana ma na galchu isintu iti gala kkkkk 🤣🤣🤣

  • @GadiseMamo

    @GadiseMamo

    7 ай бұрын

    @@user-xc1jz5jb4umittii sif hin galee bekktaa iftif dukkanii tokkummaa qaban kaa kanaf dhuftee ossoo maluman iyesus sif galee utaluu mitii wanumaa dandesen galatefatee hin quftuu ashuu bagaa utalee kaa malii garaa sii gubatee fakkataa garaa dhugatii debi'ii jechuu koo badii jedhen mitii bar 😃😃😃😃😃😃😃😃

  • @meskeremtujiba9327

    @meskeremtujiba9327

    7 ай бұрын

    @@GadiseMamo dhugaa kee jete

  • @kebekitechnology1223
    @kebekitechnology12237 ай бұрын

    Jabaadhu haadhooko,

  • @AbrahamAjema-xz8ne
    @AbrahamAjema-xz8ne7 ай бұрын

    Rabbii si ha gargaruu

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa13847 ай бұрын

    Uufff yaa ilmaan nama jireenyaa nama keessa hin senina

  • @jameelajameela7132
    @jameelajameela71327 ай бұрын

    Naa kesati xalafamee jira jetee dhugankeetii

  • @masaratlamma8075
    @masaratlamma80757 ай бұрын

    Jalalii ija hin qabu

  • @Dinaol4412
    @Dinaol44127 ай бұрын

    Confidence ishee baayyee kan namatti tolu❤❤❤❤❤❤

Келесі