Yeroo jaalalaa 'Sagalee kee utuu hin dhagahiin yoo bule irribni na hin qabu jetti ture'.

Ойын-сауық

Yeroo jaalalaa 'Sagalee kee utuu hin dhagahiin yoo bule irribni na hin qabu jetti ture'. Yeroo jaalalaa OBN Bitootessa 29,2016.
Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: KZread.com/OBNoromiyaa?sub_confirmat...
Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
Feesbuukii OBN Horn of Africa : / obnhornofafrica
Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- / obnamharic
Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- / obnenglish
Tiktok : / obncyber
Tiwiiterii: / obnoromiyaa
Teeleegraamii:t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/obnradio/
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa

Пікірлер: 522

  • @muniraabadir6366
    @muniraabadir63663 ай бұрын

    Obboleessa koo bara jaalalii badee keessa jaalalaa hin barbadiin of kuununsii of jaaladhuu hojeedhuu jijjiramii ❤

  • @Sumayaa183

    @Sumayaa183

    3 ай бұрын

    Kkkkk😂😂😂😂dhugaa jetee Anu ufi kiyaa ufii jaladhaa ufi kiyafii jiradhaa 😂😂😂😂😂argaa jajalaa

  • @makiama9561

    @makiama9561

    3 ай бұрын

    ​@@Sumayaa183 kkkkk anlee jaaladhu kaa

  • @Sumayaa183

    @Sumayaa183

    3 ай бұрын

    @@makiama9561 kkkkkk 😂 hin barbaduu ufi malee

  • @user-gh9pv9lo3x

    @user-gh9pv9lo3x

    3 ай бұрын

    😂😂😂😍​@@Sumayaa183

  • @makiama9561

    @makiama9561

    3 ай бұрын

    @@Sumayaa183 ee waan jabbatee kaa kkkkkkkkk😔😒

  • @zaaneemucaawaqayyoo8077
    @zaaneemucaawaqayyoo80773 ай бұрын

    Uuuuuuuuf anii gaaruu namaa akkanatii naa jalatuu maaf dhabee gaaruu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord

    @GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord

    3 ай бұрын

    Yoonaa situu walalee malee kani si jalaatuu jira 😂 nuuti yeroo baayyee nama dhugaani nuu jalaatuu hin beeknuum😢😅

  • @Asster-nv9sf

    @Asster-nv9sf

    3 ай бұрын

    ❤❤❤❤ðhuga keeti

  • @motumailmaabbakoo5984

    @motumailmaabbakoo5984

    3 ай бұрын

    Situ hin jaallanne malee dhibeetu mitii😅😅

  • @zaaneemucaawaqayyoo8077

    @zaaneemucaawaqayyoo8077

    3 ай бұрын

    @@GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord uuuuuuuuf jete ree uuuuuuuuf hanoo naan dhabee dhugaa jalalaa dhugaaa

  • @GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord

    @GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord

    3 ай бұрын

    @@zaaneemucaawaqayyoo8077 Waaqayyoo guyyaa isaatti Sif kennnaa hin shakkini tari Ammas Mali beekama ani yeroo baayee nama irraa deddeebi'ee sin jalaadha jedhu ittini araa 😁😁🤭 sobaa natti fakkaata atis akkas ta'u dandeessaa 😁😁🤭🤭 adda baasun hin uffata mee Akkamitti beekuu Lataa anoo rakkadhee😁😁🤭🤭

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet13203 ай бұрын

    Waay misikinaa hedduu garaa naa nyatee yaa ummataa yoo namaaf jalala hin qabeen namat dhiyyaataan ilmaa namaa hin midhiinaa 😢😢😢

  • @user-js8tx3id2u
    @user-js8tx3id2u3 ай бұрын

    Jalaalli kiristoosi Jalaalli keennaa waqaayyooti Jalaalli markaaba Jalaalli hirkoodha Jalaalli utubaadha Jalaalli gaaddisaa Jalaalli furtuudha Jalaalli ibsaadha Jalaalli jireenya Kanaaf mee jalaala dhugaa waliif qabaadha dhiiraas ta'ee dhalas wal hin midhinaa adaara waqaayyoo namni nama midhee deebi'e midhaama dhugaa ayii miskinaa nama onneen jalaala dhugaa akkaasii kinoo waqaayyoo gooftaan kan akka garaa keetii siif haa laatu micaayyoon rakkoo qabdi dhugaa iddoo isheen jirtuu maslitti beeka ayii dubaarti dhugaa😭

  • @MawradiiTaHamzaa
    @MawradiiTaHamzaaАй бұрын

    😢😢😢😢😢😢wayii jalala 😢😢😢

  • @user-lf5gs7ii2y
    @user-lf5gs7ii2y3 ай бұрын

    Rabbii namaa sii jalatuu siifi haa kenuu abshiir abshiir homaa mitii kaa darbee seenaa kaa dhufuu barnota abshiir ati amalee caraa qaba homaa siiti dhagayamin yaa obolesa koo abshiir abshiir

  • @MartaAdam-rq3rm
    @MartaAdam-rq3rm2 ай бұрын

    Oma mitii barumsa sif taa.a malee si kuffisu jabadhu jaalalli waaqayo gaaru akka nama mitii sif waqayo jira obbolesa siti dhagaahamin❤❤❤❤❤❤

  • @user-dx5bo1rs1e
    @user-dx5bo1rs1eАй бұрын

    WayooJalallaa.tann😢😢😢😢😢

  • @KanNaeguuHinRafuu
    @KanNaeguuHinRafuu3 ай бұрын

    Mee Warii Kometii Kun Gafii Kannaa Nafii Debiisaa Namanii Nuti Jalanuu Nunii Jalatuu Kan Nutii Ijanii Aragaa Isaa Jibinuu Lubbuu Nufii Dhabaa Nuu Jalataa Akammii Godhuu Garuu Dhugaa Ulftadhaa😢😢😢

  • @rahimahussen3993
    @rahimahussen39933 ай бұрын

    Baayyee ulfaata garuu! Jabaadhu obboleessoo qooda kee hin dhabdu😂😂😂😂

  • @user-ph6yp7jy7q
    @user-ph6yp7jy7qАй бұрын

    Ayii jalala Rabbi nama siijallatuu siifa kennu Abshiir Broko😭😭😭

  • @user-oc1iq4wb4e
    @user-oc1iq4wb4e3 ай бұрын

    Obbolessaa koo omaa hindhipatiin!waqayyoo bekaa dha.jalalaan namni hinmidhamin hinjiruu.ati ofis hinjibbiin. isheen taritii halaa hintanee kessaa itu hinqalbefatiin kessa galte ta'u danda'a yoo bekaa sigantees namni wanuma facasee funana wanta'ef kan hoji ishe ni argati .waqqayo ketii jabadhu iyesus inni lubbu isaa siflatee jira sijalatas🙏

  • @TafariTafari
    @TafariTafari3 ай бұрын

    Muxxannoo jalalaa dhabuun nama midha jabeessaan yeroo barata turee gara jalala hin gorree male oso isheen isa hin dhisinittuu isheen mucaa isa dura sana baayyee jalattii mucatu jibbee male jabeessadhan muca jaalattuu sana ittiin debifattee malee jabessaa rakkotuu walittii fidee midhaa irraan qaqqabsisee Jabeessaan kanarra baratee namnii biraa jabeessarra baradhaa

  • @abbasqasiim3927
    @abbasqasiim39273 ай бұрын

    Uuuuuffffff rabbii namaa ufii jalatee bakkaa sii haa busuu❤❤

  • @Lomi-wk1qc
    @Lomi-wk1qc3 ай бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭abshir hadhko ❤wan caraketi hini dhabdu

  • @maggijenesaispas5957
    @maggijenesaispas59572 ай бұрын

    Rakoo kaan qabuu ishidhaa osoo ishiin Fullaa dhowattee dirqamaa hakamittii dhufaa hishituu sobaa hobolesaa garaa kutadhuu idhanoo ❤onee jalallaa jabessii

  • @ayinalem1226
    @ayinalem12263 ай бұрын

    Waqayyoo si haa gargaruu jabadhuu garaa Goftaa iyesus kotu formataa jirenyaa Ni argataa

  • @phonehouse660
    @phonehouse6603 ай бұрын

    Miskinaa dhugaa waaqqa waaqqayo sii biraa haa taa'u.obboleessa Koo🥺🥺🥺

  • @user-ln9uw9eg1y
    @user-ln9uw9eg1y3 ай бұрын

    Yene abati wanati hudinu nii daraba jabadhu 😢

  • @FhhggDghhgf
    @FhhggDghhgf3 ай бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭hy jalalaa bara kan oso lafa kan irra bade mal qaba ati jabadhu obbolessa kiyya jirenyi kee jiradhu sil jalaala wani jedhuma hin jiru bara kan

  • @BiqilaMarga
    @BiqilaMarga3 ай бұрын

    Dhugaa waaqayyoo yoo isheen hin gabituu taa'ee garuu atii abdii hin kutiin garuu kaayyoo keetif abdii hin kutiin My bro

  • @alimaadam1368
    @alimaadam13683 ай бұрын

    Amshiir bro rabbii jiraa siini gaatuu Rabbiirraatti irkaadhu Sobde sitti fayyadamte sii gaatee

  • @jamelako4822
    @jamelako48223 ай бұрын

    Yeroo amaa kanaaa shamarii sagaxee tatetii anaa dabalatee 😢😢😢 Abshirii Obollesoo Wan Hirre Ketii Hin Dhabduu Amasii😢❤

  • @nuriyayassin9567

    @nuriyayassin9567

    3 ай бұрын

    Dhiisimee kan dhiiratu calaa

  • @gishukukuba8503
    @gishukukuba85033 ай бұрын

    Amshiri bro waqayoo kani ishii callaa jalatuu sifii haa keennuu

  • @AberashGurmu
    @AberashGurmu2 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ Kan akk kotti isii yaa demtuu sif moo waqatu jiraa ati moo Namaa argii argataa dhugaa waqaa

  • @aberudabele151
    @aberudabele1513 ай бұрын

    😢😢😢😢kotuu dubii sifiin xumuraa egaa nagelee Arsii tatee biyyaa kotii

  • @Alima-jl6xp

    @Alima-jl6xp

    3 ай бұрын

    Anilee nagelee Arsiiti kotuu

  • @user-ll4vh4fj3b
    @user-ll4vh4fj3b3 ай бұрын

    Waaqadhi Jaalaa dhugaa Umee haafaraaduu Haadhoo Koo uuuffff😢😢😢😢😢

  • @keennaatube8046
    @keennaatube80463 ай бұрын

    Kunis Gudiidha Jaalalaa mitii Jibbaa mitii maalii waanii Akkasii Safuu Bara kanaa 😢😢😢😢😭😭 Abshiir Bro

  • @mohammedtayyab8034
    @mohammedtayyab80343 ай бұрын

    ❤❤❤❤oboleessa koo kani waaqayyoo kani sifi jedhe hin dhabuduu

  • @user-io5mi5wn6p
    @user-io5mi5wn6p3 ай бұрын

    Abshir obolessa koo jabadhuu ananile akkuma kanati na gane aso akkuma kessan tanu na dhise.fudhe wagga 1 gahe ergas imimanini dabarsa jira yero eggate nama kessa baha

  • @GtGt-on7os
    @GtGt-on7os2 ай бұрын

    Waqaayyoo akka nama miti jabaadhu waanitti biftuu gaadii akka fixeensa barritti

  • @Alamuddiinjameal
    @Alamuddiinjameal3 ай бұрын

    Bro jabadhu obbaleessa koo hoomaa miiti jabadhu 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @Anaafatii
    @AnaafatiiАй бұрын

    Anaa ha, aa nyatuu waqayyoo obsaa siif haa kenuu

  • @user-ph6gj6pu2h
    @user-ph6gj6pu2hАй бұрын

    Jabadhuu obolesaa kenyaa jalalaa iratii mudanon wanumaa jirudhaa Waqayoo kani ishii calaa sii jalatuu fi si kabajuu sifi qophesaa

  • @Tiyyaatubefamily5423
    @Tiyyaatubefamily54233 ай бұрын

    BEENU SIN GABBARUU! Waraansa jecha namaa waliin dabarsinee Nuti addaan hin baanu jennee wal abdannee Hiriyaa jaalalaa walfaana kan kaane Addaan osoo hin bahin kan waliin guddanne Hololaaf hamiidhaaf iddoo kan hin laanne Rakkoof dararama waliin dandamannee Kunoo hanga har’aatti kan waliin jiraanne Har’a maaltu dhufnaan addaan ba’uuf kaane. Waan hedduudha ture kan waliin dharraane Maalin godha garuu akkaan yaade hin taane Ija mararteedhaan yeroon si ilaalu Addunyaarraa dhabeeni sirra kan naaf caalu Siin ala eenyuree kan dhibeekoo yaalu. Osoo kana beektuu maalif na darartee Jaalala mi’aawaa seenaa maaf taasistee ofiikee filattee naan kophaa koo hambistee ?? Akkatti na jaallatu sana yemmuttiin yaadumee Isati na masiftee naan jettu 'Waaqumee' Har’a jaalallikee sun dafee maaf dhumee? Hin gowwoomin maaloo qabeenyi fixeensa ganamaati Uumama kamiyyuu kan walitti hidhu jaalala dhugaati Ganna dabarsanii birraatti tarkaanfatu Jaalala jalqabanii dhuma rabbiin kadhatu Rabbi kan naaf kaa’e kankoo nan dhowwatu Mee dhumakeen arga sichillee hin goyyoomuu Cubbuun jaalalakoo sin gadhiisin yoomuuuuuu.. Ofit si harkisee humnaan sin dararuu Karaan dugda hindaaqqoo beenu sin gabbaru… → Imimmααn koo seenαα siif hααtα’u…! → Seenααnkoo yααdαnnoo siif hααtα’u…! → Yααdαnnoonkoo gαlαα jireenyαkee siif hααtα’u…!

  • @harmeeharmee-qb2xn
    @harmeeharmee-qb2xn3 ай бұрын

    dhugaa hendu nama midhaa jaalalii gowwaadha dhugaa ati jabadhu

  • @Cozyhumbleman
    @Cozyhumbleman3 ай бұрын

    Qicatteetta waan ta'eef dhiisii beqqaa maal irraa dhalchuu malee maaltu sitti hafe ayzok Akka koo xankar jedhi

  • @ToluAyana

    @ToluAyana

    3 ай бұрын

    kkkkk

  • @dado-ut9xt
    @dado-ut9xt3 ай бұрын

    Waqqayon kan ishi cala si sif yadu si gargaru ❤❤❤❤

  • @sarrashalin7541
    @sarrashalin75413 ай бұрын

    Waaqayo siif jiraa jaabdhu😢😢❤❤❤

  • @mulumulu9232
    @mulumulu92322 ай бұрын

    Wayo jalala kana unlifata Garu jechudha adara nama Ina jalatanu fixani ini jalatina maxani godha dha in midhamtu ❤❤❤😢😢😢😢

  • @mamaentertainment77
    @mamaentertainment77Ай бұрын

    ani wantaan isheen jedhu hin qabu inumaan eebbisa malee @"gadaameesi ishee nama hin baatin """"@rabbiin itti haa taaasisuu

  • @user-js8tx3id2u
    @user-js8tx3id2u3 ай бұрын

    Ayii nuu jedhe haaceen dhugaa Onnee nama caabsa kunii miskinaa kiyyaa kan waqaayyoo siif hiree jiraa kanaaf immoo atii Abdii kutaadhu jireenya kee garaa fuula duraa ittii fufii Ayii😢 Bara kanaa jalaalli dhugaa jiraa garuu namni jalaala dhugaa namaaf qabuu hin jiruu anii illee seena akkaasii qabaa online jalaadhe garuu iddoo guddaa isaaf qabaa inni garuu sabaaba tokko malee naatti geedsarame anii garuu kan waqaayyoo naaf qoode egaadha inni guddaan immoo kadhaanna godhi haadho koo akkaasitti malee nama dhugaa jalaattu dagaachun nii ulfaata😭😭💔

  • @FFfff-xf3jw
    @FFfff-xf3jw3 ай бұрын

    Gaaraamiikoo dhuga waaqa rabbi jireenya gaarii siif haa latuu

  • @kiyelove7563
    @kiyelove75633 ай бұрын

    Jabadhu hojii kee hojedhuu rabbi kanni esshe callitu sifii hakeenu bro

  • @TarikuSoresa
    @TarikuSoresa2 ай бұрын

    Homa miti haadhookoo hin bo.in Jira guyyaan

  • @user-ch8ck5pj6c
    @user-ch8ck5pj6c3 ай бұрын

    Jalaalii bara kanaa rajiidhaa 😢😢😢

  • @user-py6rw9ru1b

    @user-py6rw9ru1b

    Ай бұрын

    😢

  • @user-bs3um4wj8j
    @user-bs3um4wj8j28 күн бұрын

    Ayii jalalaa 😢😭😭😭💔💔💔💔💔🖤🖤🖤🖤

  • @caaltuubadhaadhaa
    @caaltuubadhaadhaa3 ай бұрын

    Homaa miti qomoo koo jabaadhu hunduu ni darba jabadhu ati

  • @almazalmaz7390
    @almazalmaz73903 ай бұрын

    Obleessa jabadhuu waqaa siyyaa. Jajabeesu

  • @sabbontuuoromoo365
    @sabbontuuoromoo3653 ай бұрын

    Waaqayoo nama sii jaalatu siif haa keenu obboleesaa koo hin bo'iin Waaqayoo siif jiraa Abshir kun mudannoo nama baayeeti

  • @caaliihurumaa4299
    @caaliihurumaa42993 ай бұрын

    Uuuuuuuuuufffee waaqayyoo gaariidha jabadhuu

  • @MartaNamaraGuse
    @MartaNamaraGuse2 ай бұрын

    Nama amanuun kiyyoodha silayyu siif waaqayyo jira jabaadhu

  • @maggijenesaispas5957
    @maggijenesaispas59572 ай бұрын

    Wayyoo dhiissii hadhoko waqayoo jiraa waqayoo bakkaa sifi haa busuu🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️☝️☝️

  • @BakireTemam
    @BakireTemam3 ай бұрын

    Uuuuuf Rabbiin kan kanaa Olii bakkaa sifaa busuu bro

  • @jameelajameela7132
    @jameelajameela71323 ай бұрын

    Hii jirenyaa lafa kana 😢😢😢😢😢wanti aka jalalaa namaa midhuu 😢😢😢

  • @user-di4nm9yn4g
    @user-di4nm9yn4g3 ай бұрын

    Jabaadhu bro jaalalli soba guyyaa tokkoo ni jiga sif tan san caaltu si hawwaa jaabadhu

  • @mulugemechuu
    @mulugemechuu3 ай бұрын

    Uuuuuuuuuu anilee mada akkanan qabaaa rabbiii isa jalala jedhamu kana rabbii isaa yaa balessuu

  • @user-bs3um4wj8j
    @user-bs3um4wj8j28 күн бұрын

    💔💔💔😭😭😭😥😥😥😥😥💔🖤wlhi jalalii 😢namaa midhaaa😢😭🖤💔😊

  • @user-gu9fl4iu5e
    @user-gu9fl4iu5e3 ай бұрын

    Mu Yaa Gara jabumaa dubartii. Ayiii. Lakii Anoo. Abaa. Manako. Bayee jaladhaa. Aka. Midhamus in barbadu umurikoo gutuu 😢😢

  • @seenaabayyanaa
    @seenaabayyanaa3 ай бұрын

    Ergaa dhuguma jaallate mobile maaliif fudhata Isheeyyu nidhabeemii😊

  • @AguareeAgua
    @AguareeAgua3 ай бұрын

    Uuuuuuuffff yaa rabbii koo 😭😭😭💔bayyee garaa namaa nyathaa

  • @user-rm9dj2nj2m
    @user-rm9dj2nj2m3 ай бұрын

    Arsaa Jalaalii Dhugaa Qabuu Kan Hubameetu Beekaa Kanaf Waqnii Sii Yaa Jajjabeessuu Qaalii koo

  • @BikiltuAsfawu
    @BikiltuAsfawu3 ай бұрын

    Jabadhu kan nama hin gane waqayyoo qofadha

  • @user-ic5td3uk2x
    @user-ic5td3uk2x3 ай бұрын

    ❤❤❤Yaa Jireenyaa Jaalalaa 💔💔💔💔💔💔

  • @Birtukansiyumhunde

    @Birtukansiyumhunde

    3 ай бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @derartubayise4339
    @derartubayise43393 ай бұрын

    😢😢😢offf Abshir sanyii koo

  • @user-wl6ib6pw6d
    @user-wl6ib6pw6d3 ай бұрын

    Abshir jaba jabadhu

  • @user-ss4wp1mq7l
    @user-ss4wp1mq7l3 ай бұрын

    Midhamaa jaala namaa midhamee tuu bekaa abshirii😢😢😢😢😢😢😢

  • @HhhJj-gf1we
    @HhhJj-gf1we25 күн бұрын

    Haamaa miitii obasii caranii ilmaa namaa garumaa garaa❤❤❤❤😅😅😅

  • @kennaazawude4534
    @kennaazawude45343 ай бұрын

    Waaqayyoo kan ishee caltuu siif haa kennu obboleessa!!!

  • @user-dj3vr1ji7n
    @user-dj3vr1ji7n3 ай бұрын

    Obbolessi koo kan ishee caalaa sijalattu sif Yaa keennu

  • @hdks432
    @hdks4323 ай бұрын

    Abshir rabii jiraa milkesuu ishaa Allaaha 😢 jalali jamaa nama gotii 😢Abshir Midhuras midhamu callaa

  • @kuulleeyoutube3970
    @kuulleeyoutube39703 ай бұрын

    Abshir jaaba jiraabadhu ishee dhugaan sijaalaltu waaqayyoo siif Haa kennu

  • @user-si4zy9ym3d
    @user-si4zy9ym3d3 ай бұрын

    Obolesa koo jabadhu rabbiin kani ishii olii sii haa basu jabaa koo ofii jabeessi jiruun durii mataa ofiiti ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TamanaaasmamawObsineetasmamaw

    @TamanaaasmamawObsineetasmamaw

    2 ай бұрын

    Wayyoo obsii kan biraa siif haa kennuu durbaa sihaanaa saree hin ammaanin jennaa

  • @bontufeyisa
    @bontufeyisa3 ай бұрын

    Wayii jaalala bara kana enyuu Amanani enyuu waalin jiraatu😥

  • @ZaaratHarannaa
    @ZaaratHarannaa3 ай бұрын

    Wayyee jaalala homaa miti obboleessa koo jajjabaadhu kaa lubbuu

  • @CaltuGanna
    @CaltuGanna2 күн бұрын

    Jalaali dhugaa hin badee abshir ❤❤❤❤❤❤

  • @MakidaEdo
    @MakidaEdo3 ай бұрын

    Rabbi taa ishe callattu sïf haa kennu abshir bro😢😢😢

  • @user-dn9rq1kd8h
    @user-dn9rq1kd8h2 ай бұрын

    Ayiii maali sii godharee walii hin argatuu siilaa osoo nati sii qaberaa tahee❤❤

  • @sisimarr1510
    @sisimarr15103 ай бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢❤ bayee gara nama nyataa

  • @AlemituTufa
    @AlemituTufa2 ай бұрын

    Jabaan siif Jira jedhee Akka jabinaasaa jiru gooftaa waanta'eef inni SI haa jabeessu siif karaadha isheef garuu gufannaadha jabaadhu waanuma jirudha nama quunnamas

  • @Ormo78
    @Ormo783 ай бұрын

    Wayo nama onee qulqulu qabu midhamunqoyfA😢😊

  • @Gifti-fg1gr
    @Gifti-fg1gr3 ай бұрын

    Hin boo,iin Kan ishii caaluu waqaayyo sif haa yaadu

  • @user-gh9pv9lo3x
    @user-gh9pv9lo3x3 ай бұрын

    Lakkofsaa isaa naaf ergaa maloo😂😂

  • @user-mq2ib6sy3j

    @user-mq2ib6sy3j

    3 ай бұрын

    Atisii 2ffaa Qabasisuu heedaa😘😘😘😂😂😂

  • @user-gh9pv9lo3x

    @user-gh9pv9lo3x

    3 ай бұрын

    @@user-mq2ib6sy3j 🤣🤣🤣

  • @user-gh9pv9lo3x

    @user-gh9pv9lo3x

    3 ай бұрын

    @@user-mq2ib6sy3j lakkii Ani biraa demuu 🤫😍

  • @Sumayaa183

    @Sumayaa183

    3 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😢😢uuuuuuuf

  • @user-gh9pv9lo3x

    @user-gh9pv9lo3x

    3 ай бұрын

    @@Sumayaa183 🥰😍🤣

  • @ToltuMerga
    @ToltuMerga2 ай бұрын

    Kan ishee calaa sif tatuu sif kenaa waqayoo atii jabadhuu

  • @jenetnp
    @jenetnp3 ай бұрын

    Uuuuuf obsaa sif yaa kenu obolesa koo 😢😢😢😢

  • @Abdiinjiraa-pm3tj
    @Abdiinjiraa-pm3tj3 ай бұрын

    Jabadhuu jabbeessaa akkumaa maqaa kee

  • @HundeGutema
    @HundeGutema3 ай бұрын

    Osoo wal hin argin miti waaliin guddataniyyuu wal amanuun bara itti jabaate kana keessaa jaalala halalaa amanuun rakkisaadha. Obboleessaa ofiif jiraadhu namni karaa mataasaa irraa Haa jiraatuu

  • @kedanayemariyam1323
    @kedanayemariyam13233 ай бұрын

    Yaa obboleessa koo diinaatti Bakka hin kennin ofii deebii hojji kee hojjadha

  • @user-xe2sp4hh8q
    @user-xe2sp4hh8q2 ай бұрын

    Maasha allah itti fuufa

  • @KalabGezahegn
    @KalabGezahegn3 ай бұрын

    Ayi jabaadhu garramiko

  • @yerosan8425
    @yerosan84252 ай бұрын

    Waaqni dhifama isheef yaa godhuu

  • @user-rl5ht4wo3m
    @user-rl5ht4wo3m5 күн бұрын

    Amummaayyuu bo'uuf maloo soft kenniif hadaara keessummeessituun

  • @workineshdida4754
    @workineshdida47543 ай бұрын

    Jalaalii dhugaan Akkana jalalii soba rip rip 🥰🥰🥰🥰💔💔💔💔❤❤

  • @TawarkB
    @TawarkB3 ай бұрын

    Jajjabinan siif hawwa akkuma maqaa Kee jabaadhu jaboo DHA atuu.

  • @SaraaReebaa
    @SaraaReebaa3 ай бұрын

    Jabaadhuu goota kan isii caaltu waaqayyoo siif kennaa

  • @lomibiru7015
    @lomibiru70153 ай бұрын

    Obsii homaa mittii sii dhistee deemuu hin qabdu turee gaaruu homaa gochuu jin dandamuu ❤❤❤❤

  • @dinglameljeamalje6144
    @dinglameljeamalje61443 ай бұрын

    Uuuufff yaa jaalal😢

  • @user-xt5pt8hn1z
    @user-xt5pt8hn1z3 ай бұрын

    Gadhee wayii erga dhiirri waliin turuu baartee maaf hin dhiistu dursitee ati.

  • @user-xs3zc8ow7m
    @user-xs3zc8ow7m3 ай бұрын

    Uuufee garaa nama nyataa 💔😢

  • @user-jz2ri6um4v
    @user-jz2ri6um4v2 ай бұрын

    Jabdhuuu.oboleesaa.koo.hin.haydinii.hiremaa.huduu

Келесі